"Abbaa Koon Kafane" Life Coach Eebba Tasfaayee on

  Рет қаралды 25,512

Risaa Media

Risaa Media

7 ай бұрын

Eebbaa Tasfaayee nama hedduun keenya jaallannuu fi waan adda addaa irratti namoota hedduu gorsaa tureedha kanaafis maqaa #LifeCoach jedhamu gonfateera.
#EbbaaT #EebbaaTasfaayee #EEBBAA #ebc
#gammadaashow

Пікірлер: 136
@tegeneasefa112
@tegeneasefa112 7 ай бұрын
Dhugaan siin jedhaati ati dhugumatti goota Eba🙏🙏 Kabajatu siif mala... Hojii kee baay'een ilaale, keessattu isa ati Dawitdreams irratti dhiyyeessite sun boo'an dhageeffadhe. Abbaa akkasii isa yeruma hunda akkasitti faarsaa jiraattu qabaachuu keetif gammadi. Eba namni hundi hin carroomu Osoon qaaman si argee waan tokko sitti hime jedhee baay'een hawwe! Really you are the really coach of the life🙏♥️🙏
@mullerwest7856
@mullerwest7856 7 ай бұрын
Eba bro 😍👌 Amazing show😍
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 7 ай бұрын
❤🎉🎉
@oldsongsofficial8119
@oldsongsofficial8119 7 ай бұрын
I like this guys really , I want to be like him lol
@naollemessa3134
@naollemessa3134 7 ай бұрын
Video Ebbaa si'a 2ffaan ilaalaa jira .dawit dream irraa ammuman ilaalee dhufe.Eebbaa❤ we luv u
@sumesumaya5120
@sumesumaya5120 7 ай бұрын
Jachii Ebaa kunii hedduu gariidha ✅✅✅✅💯
@mahfuzAhmed140
@mahfuzAhmed140 7 ай бұрын
Yaanni nama jabaa nama jabeeysa.ammas bakka barbaadde gahuuf si fayyada.galatooma nuuf jiraadha❤❤❤
@qabbanneashuukalo134
@qabbanneashuukalo134 7 ай бұрын
Ebbaa Qaalii namati Akkuma maqasa. Gaammada Show Yada nama giddun seente Ofii ken xumuruufiidhaaf hin yaalin yadaanamichi ballisee kaasuuf jedhutuu harkaa bada. Gaaffii fi deebi yaammu,taasiftu. Yoon dogongoredhifama.
@firaolmulugetaa1922
@firaolmulugetaa1922 7 ай бұрын
Ebbakoo🥰🥰🥰🥰sewadeh eko 🥰🥰😊
@zaketube6244
@zaketube6244 7 ай бұрын
Galatoomii Ebbaa yaddaa Garii Sirraa Baranee
@debissaiyasu3708
@debissaiyasu3708 7 ай бұрын
Ebbaakóo atti nama cimmaadhaa bay'ee sijaladhaa Dhugaa Eebbakoo. Muccaankoo Osóo Sitii nafii bay'ee sijaladhaa jabadhuu Jabiiduukoo.
@TizazuKelbe-bn5zo
@TizazuKelbe-bn5zo 7 ай бұрын
Eba stage king and Best motto speak
@bonjourmedia
@bonjourmedia 7 ай бұрын
Qophii gaarii akka ta'u lamaan keessan oggaan argen tilmaame. Akkuman jedhe ta'e. Akkaataan itti wal harkaa fuutanii dubbattan, yaadi dhiheessitanis guddaa natti tole. Guddaa galatoomaa. Big love and respect Gammee & Eebbaa.
@gelanegirma1187
@gelanegirma1187 7 ай бұрын
Uufii Eboo Koo jabaa nama nufii jiradhuu adhokoo Bay'ee sijaladhaa ❤❤❤❤❤❤ 💪
@user-ey6th1sr5g
@user-ey6th1sr5g Ай бұрын
Ebbaa T amazing KZfaq channel kee osoon yeroo dheeraa dhageefadhee hin quufuu to continue to the education of motivation to person .gootaa oroomoo koo appreciate ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mohamedsadikhamda688
@mohamedsadikhamda688 7 ай бұрын
Ebbaa T. Best person
@fetiyahuseen7700
@fetiyahuseen7700 7 ай бұрын
Nuuf jiraadhuu ❤❤
@gelmessabekana4001
@gelmessabekana4001 7 ай бұрын
Eebbaa nama ajaa'ibaa! Cimi oluma deemi. Warri gammadaa show nama kana waan nuuf affeertaniif galatoomaa!
@masaramasara1595
@masaramasara1595 7 ай бұрын
Bayyee namati tolaa Ati dhugumaa jabadhaa ati❤❤
@gelanakule5443
@gelanakule5443 7 ай бұрын
Eebbifami
@worqusima1598
@worqusima1598 7 ай бұрын
Abbaankee dhugaa nama guddaadha fakenya hunda kenyaati❤❤❤
@lidiyaregasa2239
@lidiyaregasa2239 7 ай бұрын
Gold man
@aberashawule
@aberashawule 7 ай бұрын
Thanks eebbaa
@gadisagizawu3943
@gadisagizawu3943 7 ай бұрын
Gammee dhugaa baay’ee galatoomi. Lameen keessanu baay’ee jaalladhaa, isin kabajaas. Keessa immoo yeroo namni ofii akkasitti sadarka akkas akkasiirraa ga'u arguu caalaa waanti nama gammachiisu in jiru in jiraatus. Jabaadhu. Garuu kan Eebbaan jedhee dhimma leenjii sana wal utubaa hojiin agarsiisa. Sin caalaa beeku baadhus, namni keenya gamaa sanaan baay’ee boodeetti hafeera. Gama dinagdee isuma isin beektan, leenjii sassalphaa baay'ee murteessoodha. Dhaabni Afaan Oromoo training kennuu tokko illee Finfinnee keessa in jiru......
@fatrahusein9598
@fatrahusein9598 7 ай бұрын
Jabaadha sanyiiwaan gotaa❤
@iftuiftu2041
@iftuiftu2041 7 ай бұрын
Ebbifammaa❤
@miresa7048
@miresa7048 7 ай бұрын
Ebbaa the man🥰👌
@eluskaatube9850
@eluskaatube9850 7 ай бұрын
wow
@thomydebela
@thomydebela 7 ай бұрын
Jabaadha
@oromoofqaliidhaa6032
@oromoofqaliidhaa6032 7 ай бұрын
sniper bareedudha, dhugaa atii namaa jabaadha
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 7 ай бұрын
Woww Ebba nama jalala
@MeseretBiranu-bp8ug
@MeseretBiranu-bp8ug 5 ай бұрын
Galatomii bayee egaa nu dabstef❤❤❤❤
@ebadekebo3137
@ebadekebo3137 7 ай бұрын
Ebba the great
@leilseleilese346
@leilseleilese346 7 ай бұрын
Qaaliiwwaan keenya baga nagaan dhuftaan i like gemeda show 🥰🥰🥰
@megehuss
@megehuss 7 ай бұрын
The last part was very emotional but it's a great lesson. Thanks guys
@Hamzii889
@Hamzii889 7 ай бұрын
Ani media ilaluu kesaa afan oromo Ebba dubatuu halan natii tola bro wogaa kumaa jiradhuu ammas❤
@user-qx3jx9pd7f
@user-qx3jx9pd7f 2 ай бұрын
Ebbaa ati adduma dhugaa .wow .your wisdom is power full.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-vg8gt3mw7q
@user-vg8gt3mw7q 7 ай бұрын
Baay'ee yaada nama ijaarudha
@Abdiyom3453
@Abdiyom3453 7 ай бұрын
Ebbaan nama jaba oromoon qabduu keessaa tokkoo gammee galatomii namoota beekumsaa irraa arganuu kan akkaa hardhaa yeroo hundaa nuf dheessii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@shaggeetube2322
@shaggeetube2322 7 ай бұрын
Great man 🙏
@oromiakiya6162
@oromiakiya6162 7 ай бұрын
Isin lameenuu heddu namatti toltu jabaadhaa
@selamademsung5995
@selamademsung5995 7 ай бұрын
ኤባዬ ጎበል ነክ በጣም ነው የማደንቅ ያስብክውን ሁሉ እግዚአብሔር ያድርግልክ ❤❤
@yoomilaantube3175
@yoomilaantube3175 7 ай бұрын
Eebbaa u are an Amazing person. So we are proud of you🙏🙏🙌
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 7 ай бұрын
Guddaa Galatoomaa isin Lachuu 💖💖 Translate to English
@Daretube7319
@Daretube7319 7 ай бұрын
Qaaliiwwan ❤❤
@halimaorotube2383
@halimaorotube2383 7 ай бұрын
Welcome G kasarafi Idaa mali kkkk Baga naga dhufte jechu ana yoom aferta Gamme❤
@tarikewayumaa2527
@tarikewayumaa2527 7 ай бұрын
Eebbanis Ati Nama Jabaadhu Nuuf Jiraadha Isiin Jaladha Qalliwwan dacheen Lixaa Biftuu Biqilchitee Oromoo fi Oromyaaf Lattee ❤❤❤❤❤
@chaltugelata5551
@chaltugelata5551 7 ай бұрын
Jaabduu dhiiraati Eba T
@queenzuzu710
@queenzuzu710 7 ай бұрын
This very amazing history Ebba god blessing you❤❤❤humble men
@user-ut5ty7yr6o
@user-ut5ty7yr6o 7 ай бұрын
Dhuga rabbi wanni akkana barnoota guddadha mee irratti nu hojjadha Gammee
@user-ys2yr9em9l
@user-ys2yr9em9l 7 ай бұрын
WOW Ebba Koo bgaa keenyaa nuuf jirate ❤❤
@kabiriyeejimmadedoo5662
@kabiriyeejimmadedoo5662 7 ай бұрын
Wowow 🎉🎉
@fiteleshito5729
@fiteleshito5729 7 ай бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@user-fy2wm7lp2i
@user-fy2wm7lp2i 7 ай бұрын
wwwoww ❤❤❤❤❤
@user-gv7zj8sm9u
@user-gv7zj8sm9u 7 ай бұрын
Gammadaa, ulfaadhu. Ani inumaa nama kana akka affeertu eegaan ture. Sababni isaas dargaggeessi taa'ee ajandaa akka irbaataatti eegu Kun rakkoo academical education hin qabu. Lack of personal development 'dha jedheen yaada. Kanaafuu namoota akkasii nuuf affeeri. Eebbaa baay'een si jaaladha. Baay'een si dinqisiifadhas.❤
@risaa542
@risaa542 7 ай бұрын
Jabaa namaa❤
@birtukantolasagirma5175
@birtukantolasagirma5175 7 ай бұрын
Yaada gariidha jabaadha❤❤❤
@genetfami2197
@genetfami2197 7 ай бұрын
Muca kana baayyee namatti tola ❤❤❤❤❤❤
@temutube6444
@temutube6444 7 ай бұрын
Great man Eba
@amanetamane6938
@amanetamane6938 7 ай бұрын
Eebba, jabaa namaa ..aasake irraa waa bayyeen bare.nujiraadha..
@MahamedAbdi-mm2mx
@MahamedAbdi-mm2mx 7 ай бұрын
Galatoomaa🎉
@enyuumichun
@enyuumichun 7 ай бұрын
Gammadaa bay'ee sii jallannaa mee Al tokkoo ijjollee Kee interview nuu godhii 😅
@likiliki2579
@likiliki2579 7 ай бұрын
❤❤❤❤eebaa nama cimaa oromoon qabdu
@jaleneyadeta783
@jaleneyadeta783 7 ай бұрын
👏👏👏
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@sifankumsa7450
@sifankumsa7450 7 ай бұрын
Wow nama jaba ❤❤❤
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 7 ай бұрын
Wow Eebba jabaa❤
@IRegan
@IRegan 7 ай бұрын
Thanks you, Ebo and Game. Life coach dirqama nama hundaaf barbaachisaadha, sadarkaa hin qoodu. Dabalaati program biraan kottaa.
@Chalaetefa22
@Chalaetefa22 7 ай бұрын
Ajaaibaam
@mahmoudrawashdeh9151
@mahmoudrawashdeh9151 7 ай бұрын
Ebaa kabajama nama❤❤❤
@Abdi-hi1yv
@Abdi-hi1yv 7 ай бұрын
Ebiti 🎉
@user-km3qu9vg9s
@user-km3qu9vg9s 7 ай бұрын
Jabadha nu jabeesa yada gaari qabdani
@ZaharaMohammed-pj6qk
@ZaharaMohammed-pj6qk 7 ай бұрын
wwwoo Great man Ebba❤❤❤
@lamesaabara7580
@lamesaabara7580 7 ай бұрын
Eebbaa Gentle man!
@senbetogebi836
@senbetogebi836 7 ай бұрын
I amased Ebba thanks
@leenii694
@leenii694 7 ай бұрын
Eebbaa nama jabaa nuuf jiraadhu❤
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 7 ай бұрын
Wowww❤❤❤❤
@gelanakule5443
@gelanakule5443 7 ай бұрын
Ebbaa koo ati Dhuguma nama addaati🙏‼️ waan guddaan sirraa baradhe guddaa galatoomi SI qabaachuu keenyatti guddaa gammanna. Abbaan baay'ee nama guddaa nama cimaadha nama Guddaa aadaaf eenyummaa Saba keef akkati fakkeenya taatu SI godhani haa galatoomani
@Coumy-ex3oe
@Coumy-ex3oe 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤waw waw waw 😍 🎉
@queenlove6497
@queenlove6497 7 ай бұрын
Wonderful man
@fenatiwazir8300
@fenatiwazir8300 7 ай бұрын
Wel com Eb
@OdaaD430
@OdaaD430 7 ай бұрын
My favorite person ❤
@2sparkwisdom
@2sparkwisdom 7 ай бұрын
Amazing show
@gadisagizawu3943
@gadisagizawu3943 7 ай бұрын
Gammee Addaatti ammaas dhimma Life Coach afaan Oromoon hojjechuu hojii manee keessan godhaa waan dandeessani wal utubaa hojii hiika. Namoota akka Dr Gammachiis fa'a hirmachiisaa adaraa. Garuu isaan namni keenya "Citaa qaba tokko namaaf in laatu mana ijaari nama gorsiti" jedhuu sana akka naan in jedhee hawwiin koo Sabni ani irraa dhaladhee kun milkaa'e arguudha hawwii koottu waanta’eef. Galatooma❤🙏
@myphysics6759
@myphysics6759 7 ай бұрын
Amalawark Abdiisaa kutaa 1 kaasee waliin baradhee mucaa qaxaleedha dhuguma ishii argachuukeef gammadi,nutii warri Finca'aatti guddate sammuu qara qabna❤❤❤❤
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 7 ай бұрын
Ati jabaadha ebbaa❤❤
@ADIISEE1
@ADIISEE1 7 ай бұрын
😊😊
@MeseretBiranu-bp8ug
@MeseretBiranu-bp8ug 5 ай бұрын
❤❤❤❤👍👍💪💪
@user-hv4ud5ek6b
@user-hv4ud5ek6b 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@yonatantadele631
@yonatantadele631 7 ай бұрын
Ebbaa great ! Suraniif mata dureen garuu wal hin simnee! Kolfa jira suran, garuu abba kafanee😢
@bm6056
@bm6056 7 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰👏👏👏
@gudos2284
@gudos2284 7 ай бұрын
❤❤❤❤👍👍👍👍
@asiyaabinitiabadala6367
@asiyaabinitiabadala6367 7 ай бұрын
Afanii oromoo hin bekaa edaa ❤❤😂🎉
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 7 ай бұрын
❤❤❤❤😂gobazii🎉❤❤
@goldgold-us3bj
@goldgold-us3bj 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@galogalane7453
@galogalane7453 7 ай бұрын
Dhugaa namani anii bayyee jaladhuu eba galatomii ❤🙏
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 7 ай бұрын
Nufi jiradha ❤❤❤
@lansem1780
@lansem1780 7 ай бұрын
❤❤
@EbisaTilahun-ebba
@EbisaTilahun-ebba 7 ай бұрын
Ebba You're gentle man
@lensafetene5392
@lensafetene5392 7 ай бұрын
Jaaba Namaa❤❤❤
@ZaharaMohammed-pj6qk
@ZaharaMohammed-pj6qk 7 ай бұрын
Gammadaa jabaa keenya jabadhu ❤❤❤
@wqyoabdikotii2337
@wqyoabdikotii2337 7 ай бұрын
❤❤❤❤
@obseegammadaa7180
@obseegammadaa7180 7 ай бұрын
🥰🥰
Despicable Me Fart Blaster
00:51
_vector_
Рет қаралды 26 МЛН
Clowns abuse children#Short #Officer Rabbit #angel
00:51
兔子警官
Рет қаралды 76 МЛН
Spot The Fake Animal For $10,000
00:40
MrBeast
Рет қаралды 153 МЛН
"ስሜን አልወደውም ነበር. . ." - ኤባ ቲ - Ebba T - Abiy Taddele @ Kiya Talk Show
27:53
Ecclesia Media - ኤክሌሲያ ሚዲያ
Рет қаралды 27 М.
ዮአዳን (ክፍል 16)
38:07
ለዛ
Рет қаралды 199 М.
Baatii tokkotti qarshii kuma 64 kaffaleen baradhe. Haannaa Addaamuu
10:24
Waanan Mootummaa mormeef Muumichi Ministeeraa na badhaase!!
47:00
Qaanqee Show
Рет қаралды 33 М.
He doesn’t like illusions
0:17
V.A. show / Магика
Рет қаралды 16 МЛН
ПОМОГИ РАЗБУДИТЬ ПИЛОТА 😱😱
0:16
ДЭВИД ЛАВА
Рет қаралды 1,9 МЛН
He understood the assignment 💯 slide with caution x2
0:20
Carlwinz_Official
Рет қаралды 28 МЛН