Afgaafii Jawar Mohammed Fi Yaada Namoonni kennataa jiranii

  Рет қаралды 30,604

United Oromia

United Oromia

2 жыл бұрын

Afgaafii #JawarMohammed #Ubuntu fi #OMN waliin taasiserratti Namoonni Muraasni Yaada Komii kaasuu Ilaalchisee Odeessaalee Keessaa fudhatame Guyyoo,Abraham fi Yihun Ingidaa

Пікірлер: 51
@user-cj7ul5hn6u
@user-cj7ul5hn6u 5 ай бұрын
Jawwee ko jegna koo 🐅🐅👈❤️🤝🤝
@faaruunkanrabbiiti5631
@faaruunkanrabbiiti5631 2 жыл бұрын
Walin jira jawee oromof akka kanati rabbiin kanaf qallinama sifana jira amas jira
@user-pf2qw6tc4p
@user-pf2qw6tc4p Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@badhassaee
@badhassaee 2 жыл бұрын
Yea , Jawee your right this country can't afford to feed it's self
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@user-qt6xq6yk3v
@user-qt6xq6yk3v Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@keetikiyya5519
@keetikiyya5519 2 жыл бұрын
Walin jira hayota oromoo
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 жыл бұрын
Baga nagan dhuftan qali wan saba SiRti Etima yo dha gahan galatoma
@amanuelhailu479
@amanuelhailu479 2 жыл бұрын
Xiinxala sirriidha galatoomaa. Gar-gar dhiibuurra walitti dhiheessuun isinirra eegama.
@fuadhassen3050
@fuadhassen3050 2 жыл бұрын
Jiradhu
@antayall6281
@antayall6281 2 жыл бұрын
Maaloo waaqayyoo biyya kenyaaf nagaa barbannaati nuf dhugomsi ati
@nafisawarqinagameda4060
@nafisawarqinagameda4060 2 жыл бұрын
Off course jaweeeeeeeeeee koooooooo uphaaaaaaaa uphaaaaaaaa uphaaaaaaaa uphaaaaaaaa
@duladaksa2146
@duladaksa2146 2 жыл бұрын
Galatoomaa, horaa bulaa
@jefermukter522
@jefermukter522 2 жыл бұрын
Nageenyi gaariidha ta'ee garuu---------------?????
@Wandhugamedia
@Wandhugamedia 2 жыл бұрын
Irraa deebi'u Qabaa inii daandii sirri irraa hin jiruu
@yadedaka1325
@yadedaka1325 2 жыл бұрын
Mee Warii Jawariin Qeeku Kunii Qawween kuni Zonii, Woreda,haafutii Qabalee isakamii Bilisa basee , Motumaniis wagga 4 giduti zoni kami dhiba dhibati toatee ?
@dagimuna9968
@dagimuna9968 2 жыл бұрын
❤❤
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 2 жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🙏🕋🕋🕋🕋🕌🕌🕌🕌🕌🤲🤲🤲🐅☝️☝️☝️☝️🐅🐅🐅🐅☝️🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🤲🤲🤲🙏🙏
@keetikiyya5519
@keetikiyya5519 2 жыл бұрын
Wani jawar kana oso bayifatani hasoyatani nati tola
@muaazsulxaan4535
@muaazsulxaan4535 2 жыл бұрын
Qabson karra nagaa hinfayadu
@sabboontuoromoo5330
@sabboontuoromoo5330 2 жыл бұрын
Umrii dheeraa nuuf jiraadhaa yaa leencaawwan koo 👍🌹💔💪💪💪✔️
@Memememe-gm3bz
@Memememe-gm3bz 2 жыл бұрын
❤❤💖💖💪💪💪💪
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@habtamugutema7017
@habtamugutema7017 2 жыл бұрын
xawalwaallee
@heywet
@heywet 2 жыл бұрын
Oromo Muslims love empire Ethiopia
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@mohammedgalegalu906
@mohammedgalegalu906 2 жыл бұрын
Ethiopia supine sa'aan suni dariberaa
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@yaassinamaan2129
@yaassinamaan2129 2 жыл бұрын
Karaan 2ffaan karaa jaal marroo ta.uu qaba karaan nagahaa duraa qilee nuseensisee nafxanyaa nurratti fincoofsise karaan kan jaal marroo qofa karaan biroo hin jiru.
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@warfaageeddi3128
@warfaageeddi3128 2 жыл бұрын
Dont trust abiy or OFC becouse it is time for oromos to liberate themselvs from this hell called ethiopia.
@gammachuuturaa5319
@gammachuuturaa5319 2 жыл бұрын
Ergaa koo kana Jawweeti naa ergaa maaloo. Jecha " Oromo First" Jette hindagatin. Yoo Oromiyaanifi Ummanni Oromoo Jiraatan qofafha Itoophiyaan kan jiraatu. Ani hinbeeku, keessi koo waan shakkiitti nadhiibaa jiru fakkaata. Maalif Jawween waraanaan falli hinargamu jechaa daddabalee nutti dubbata? WBOn waraana keenya. Abdii bilisummaa Oromoodha. Oromoon waghoota 150maa ol waraanaan gabroomfamee bitame. TPLF waraanaan tayitaa qabatee ilmaan oromoo gidirsaa turte. Eritraan waraanaan bilisa baate. Ammas Tigray waraanaan biyyashee dhuunfattee jirti. Maalif Jawween gabrummaa keessaa waraanaan ba'uun akka hindanda'amne nutti himuu barbaada. Waraanni fala miti jedhee cichee nutti dubbachaa jira. Qawweedhaan gabroomfamtee rakkoo maalii qaba yoo qawweedhaan falmattee bilisa baate? Maalif Jawween "Biyyattii" jecha jedhu nutti baayyisa. Biyyatti kam? Ishee qawwee nafxanyyatiin ijaaramte moo? Harras Amaarri nuqalaa jirti. Warri sanyi Kushii kan akka Affaar, Somaalii, Sidaamaa kkf lafa oromoo weeraruun nufixaa jiru. Etoopia keessatti kan akka Oromoo hiraarfamefi hiraarfamaa jiru eenyu? Jawwee maaloo ofitti deebi. Waraana Bilisummaa Oromoo dadhabsiisuu, hiikkachiisuu, dhabamsiisuu kaayyoofi karoora jedhu harka loosaan Abiyyiin osoo ati hinbeekin fayyadamuuf mana hidhaattu jaarsolii bitamtuu sitti ergee sibaase hamiin yokin shakkiin jedhu faca'aa jira. Jawwee maaloo ummata Oromoo akka malee sijaallatu kana tasgabbeesi, shakkii keessaa baasi, garaa oromoo ciibsi. Marroo keenyaafi qeerroo bosonatti dachaatee harra Abiyyiin kokkee qabanii jiru. Jawwee keenya maaloo ijoollee kee qeerroo ati leenjiftee Wayyaane kaalchoodhaan Maqaleetti galchitetu harra WBOtti makamanii bosona jiru. WBO laaffisuun tasumaa hindanda'amu. Dhugaa dubbachuuf bara qabsoo qeerroofi hanga ammaattilee jaalalliifi amantaan Jawweerraa qabu guddaadha. Garuu Waaqa malee eenyutu amanama. Namni nama gana. Fayyisaa Leellisaa, Caalaa Bultumee, Saaliyaa Saamii kanneen biroos gantuun baayyeetu fakeenya gantuudha. Gaafan duubati deebi'ee yaadadhu Jawwee, obbo Baqqalaafi Jaarsoliin PP waliin ta'uun WBO hidhannoo hiiksisuun Waraana Bilisummaa Oromoo diiguuf hojiin hojjetan baayyee garaa naguba. Ammas dhimma marii biyyooleessaa jechaa warri KAFO jechuun Dr. Mararaa, Jawweefi Obbo Baqqalaan dubbachaa jirattan. Garuu, kan beekuu qabdan, nageenya(safety) WBO waliin walqabsiisee yemmuun ilaalu sodaatu natti dhaga'ama. Waltajjii marii biyyaaleessaa jedhamurratti warri PP, sabaafi sablammoonni kaabaafi kibbaa waliin ta'uun tooftaa siyaasatti fayyadamuun sagalee WBO ukkaamsuun, morkuun, dhiibuun (dominate) gochuun tooftaadhaan mo'achuu nidanda'u. Hinirraanfannu Abiyyi, Alamuu Simee, Addisuu Areggaa, Shimallisfi warri PP Jawwaarritti fayyadamuun ilmaan Oromoo hidhannoo hiikkachiisanii summii nyaachisanii issan kaan rasaasaan ajjeesanii fixaniiru. Sabni ethoopia hundumtuu Oromoofi Oromiyaa irraa faayidaa argachuuf malee dhimma kanbiraa hinqabani. Waatii jala waatu jira jedha oromoon. Nama biyyatti ethopia leellisu hunda Jawwarriifi KAFO dabalatee shakkii irraa yaa qabaannu Oromoo! Shakkii yaa oromoo! Shakkii yaa oromoo! Shakkii yaa oromoo! Shakkii yaa oromoo! Shakkii yaa oromoo! Shakkii yaa oromoo! Shakkii yaa oromoo!
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@mureTube6
@mureTube6 2 жыл бұрын
Juwwaar qeequ dura of qeeqqi juwwaar jechun (political leader)
@gammachuuturaa5319
@gammachuuturaa5319 2 жыл бұрын
@@mureTube6 Jawween yaada akka kee gadbu'aa nama qabu miti. Ati yoon hirrina qabaadhe naqeeqaa jedha Jawween. Kan beeku qabdu, Jawwees ta'e abbaan fedheyyuu anaaf maleekaa miti, maleekaanuu badii waan dalageef abiddatti darbatameer. Maqqaan maleekichaa "Lusifer"jedhama. Waan ifagalaa lafa jiru Jawaariifi Baqqalaan WBO hidhannaa hiiksiisuuf Wallaga keessatti ifaajaa hinturree?Ummanni wallagga waltajjii Jawaar wallagatti gaggeesserratti gocha isaa qeeqaa hinturree? Viidiyoo Wallagatti OMN yeroosana dabarse duubatti deebi'iitii ilaali. Nama akka Jawwee ani jaalladhu umrii koo keessatti hinqabu, garuu waan natti dhaga'amee dubbachuu yoon immoo dogoggore dhiifama gaafachuuf nama qopheedha ani. WBOn immoo qaroo ija kootiidha anaafi kana naabeeki obboleessa koo. Sinjaalladha obboleesso galatomi.
@danadkw9918
@danadkw9918 2 жыл бұрын
That idea was failed. Johar want to save the broken bus leading to slavery. I eish him Good Luck! Jal Maro is the driver of the bus to victory. He is not on that brocken bus. Thank you.
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@mdjobbar1162
@mdjobbar1162 2 жыл бұрын
Lancaa Oromo rabbii keene
@heywet
@heywet 2 жыл бұрын
No more!❌❌❌❌ He is not❌❌❌ Only jalmaro👌👌👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪✅✅✅✅✅✅
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@yadedaka1325
@yadedaka1325 2 жыл бұрын
Qeqii Kunii toko isnumtii OMN yeroo hunda qabsoo nagaira Sobaan OLA asi kana godhee , TPLF lootuu mootuma meeqa fixe jetanii buuftuu , Oromoon midiyaa isiin Warana farsa gati itiin oltaniifi Jawariis akkuma keesan Warana labsuun siridha jedhee fudhatee. Waanta lafara adaatuu isiin nama isin hintanee wani hinqabneef Hacaluu galafatanii , Dua Haacaluufi OMNifii Gaazexeessaa Guyo Wario iti gafatamadha.
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 2 жыл бұрын
Hanganu yaada?
@fooziiwollegga9932
@fooziiwollegga9932 2 жыл бұрын
Juwari OPDO nom more👎👎🦓👹
@heywet
@heywet 2 жыл бұрын
Jawar is expired
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribiinaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@usmaanAbraahim-f4f
@usmaanAbraahim-f4f 9 күн бұрын
odu.woltaji.aromaya
@keetikiyya5519
@keetikiyya5519 2 жыл бұрын
Walin jira hayota oromoo
Tigray Media Network ወዲ ወረደ ስርቅን Jul 22, 2024
19:06
Tigray Media Network
Рет қаралды 571
Happy 4th of July 😂
00:12
Alyssa's Ways
Рет қаралды 64 МЛН
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
Laro Benz
Рет қаралды 56 МЛН
Obbo Baqqalaa Garbaa yaa'ii 9ffaa irratti ergaa dabarsan OBN 09 01 2011
12:15
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 262 М.
Turtii Addaa G/A/O ABO-WBO Waliin
1:31:16
KMN .. Voice
Рет қаралды 22 М.
Jawar Mohammed: Abdii Sabaa
12:18
Daballee Studios
Рет қаралды 41 М.
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 75 М.
Bahaliyake Tv | Obsinan Tv New Diraamaa Afaan Oromo | 2024
19:47
OBSINAN TV
Рет қаралды 352 М.
DO YOU HAVE PARENTS LIKE THIS?
0:19
dednahype
Рет қаралды 38 МЛН
She got an idea 😂😂 #shorts #viralshorts #funny #comedy
0:46
HRA CHALLENGE
Рет қаралды 9 МЛН
Кот Оказался В ЗАПАДНЕ🙀☠️
0:38
ИССЛЕДОВАТЕЛЬ
Рет қаралды 11 МЛН
ВОТ как ЖЕНИХ выбирает СЕБЕ невесту 😱 #shorts
1:00
Лаборатория Разрушителя
Рет қаралды 3,6 МЛН
ToRung short film: 🙏baby protects puppy🐶
0:37
ToRung
Рет қаралды 82 МЛН
Кого она вытащила из воды?😱
0:51
Следы времени
Рет қаралды 2,7 МЛН