No video

Uuu 😭😭gaadiseen bakka balfaa itti gaatani bulaarti manatti galuu didee rakkoon ishee mali?ni martee?

  Рет қаралды 19,536

YAYA hope

YAYA hope

Күн бұрын

#comedyvideo #breakingnews #knowledge #motivation #film #Diraama Afaan oromo#yaya hope#andualem_gosa #Akka#osso#oromo

Пікірлер: 562
@ZainabaJarso
@ZainabaJarso Ай бұрын
mee waarii shaaxaa kunii duwaa jetaa lhkii godhaa wlh umanii yaamanii kunii mataa. Nuu nyaatee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@dirbi5524
@dirbi5524 Ай бұрын
Dhugaa duwadhaa dhaa diramaa hojachaa jiruu bee jarii😅😂 warii komeetii omaa hiin bekani isaa you tube dalgachaa jiruu 😂
@KimiyaAbirahimiabidulaa
@KimiyaAbirahimiabidulaa Ай бұрын
Anileen kanuma shaka jira walih
@obsinaantube2665
@obsinaantube2665 Ай бұрын
Dhugaa Ga'umsa duraa minyot gototuyuu duwwaa dha 😂😂😂
@user-uz1qk7wf2f
@user-uz1qk7wf2f Ай бұрын
Eeeee Duwaa dhaa bekama kan Nuu gowomasariin 😒😒😒🤷‍♀️🤔🤔
@ayantuumohammad57
@ayantuumohammad57 Ай бұрын
Borsanu ufataa hin qabuu kijibaa kesana 😂😂😂😂😂😂
@user-pm8uw9mu1m
@user-pm8uw9mu1m Ай бұрын
Shaanxaan Duwwaadha wlh 😅😅😅😅😅sadaaqa like barbaaduuf iyyaa oolaa holeeyyiin yamaan hundii ishee
@BontuAbera
@BontuAbera Ай бұрын
Argaa keessaan dhugaa rabbii jaritiin kunii diramaa hojechaa jiruu like hin godhinaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 Ай бұрын
😊😊😊 Yoom fixuu😊😊
@user-uz1qk7wf2f
@user-uz1qk7wf2f Ай бұрын
Eeeee wolhii Nuu gowomas ranii😮🤷‍♀️🙆‍♀️
@BontuAbera
@BontuAbera Ай бұрын
@@user-uz1qk7wf2f argaa isanii wly sobanii likef jedhanii maratuum 😅😅😅😅😅😅😅
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 Ай бұрын
😂😂😂😂😂
@sofiaguye
@sofiaguye Ай бұрын
Haadha fi Abbaa eessaa jirti😢😢😢
@SiifaaniMusxafaa
@SiifaaniMusxafaa Ай бұрын
Abdii sii badii qabaa yoo Wan tokko Argitee gaddisee jetaa Amaa qomcee manatii galfatee dhisii kaa😢
@user-sl2lu3fw3v
@user-sl2lu3fw3v Ай бұрын
kun dhugaa miti diram nurati dalagani male
@aminatube3119
@aminatube3119 Ай бұрын
Amma booda kijibaa keessaa nu irra dhisaa ummaata Yemen 🇾🇪 waan isaa baraaranu hin jiruu ummaata Oromo maqaa nyaata qarshiif jechaa
@user-vz8bd1jh9y
@user-vz8bd1jh9y Ай бұрын
Warri you tube hundi keessan sobdu an isin wordafu dhiisera Alhamdulillah 😊
@user-iw6kl8dw5x
@user-iw6kl8dw5x Ай бұрын
Yaa gaadisee obbolleeti tiyya dubiin dhugaa yoo tatee mana isaatis galiin karaa irras hin buliin mana warra keeti gaalii achiin booda mana arbaa galii hojedhuu jiradhuu cinqii irra fataa jette jirachuu dandesa dhugaa fi soba warra yeamani dadhabne namni gaarii jedhanis bada ta'e argamu hayii gadisee maatii keeti deebiyee
@adano8572
@adano8572 Ай бұрын
Uuuuuuff gadiseen bayee nama gadisstiii wayoo gifttiikoo abdii atii garaa kabataa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭
@aminatube3119
@aminatube3119 Ай бұрын
Dirmaa keessaa nu jibeessaa jiraa shaxaa duwwaa duwwaa qabatan baha nu jetten
@ShitooBaacaaBaacaa
@ShitooBaacaaBaacaa Ай бұрын
😢😢uuuufffee maalfi otoo Maatii Qadu bakee iraati rakkati kanii Maatii iraati fagaate rakkata 😢😢😢😢😢😢 giftoo ko me gaali Maatii keetii
@Oroomoo11
@Oroomoo11 Ай бұрын
Diramaa hojatuu bar ni sobaa jarii
@kiyyaaseenaa2143
@kiyyaaseenaa2143 Ай бұрын
😂😂😂😂 𝐀𝐭𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐦𝐨𝐨 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐚𝐭𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐢 𝐚𝐛𝐝𝐢𝐢 😂😂😂😂😂😂😂
@ObseTasafay
@ObseTasafay Ай бұрын
Ebadee gadisee bineesii si nyaataa oboleti tiyaa wayyoo hadhaa ofii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-hu7et7kv2g
@user-hu7et7kv2g Ай бұрын
Atii mattii gadisee walin hasahaa hin jirtuu moo waraa shetii kenii boddaa yoo waa tatee matta keraa rakon😢😢
@NaNa-cm6hc
@NaNa-cm6hc Ай бұрын
Dhugaa shanxaan kunii qullaa jiraa 😅😅😅😅😅
@user-wr6uj8db6t
@user-wr6uj8db6t Ай бұрын
Laaa ufaataa isiituu xiqaa
@user-zu6rj4ev9i
@user-zu6rj4ev9i Ай бұрын
Abeet diramaa kessan likef jettani kijibdu😂😂😂😂
@DgDg-yf1dw
@DgDg-yf1dw Ай бұрын
Ummatta kijjibba Ummatta yammani kanna dadhabdeee 😂😂😂😂😂😂😂
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 Ай бұрын
Eeee misikina Gaadisee 😢😢😢😢😂😂😂😂
@Iftuutube96684
@Iftuutube96684 Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢demii jetenii malii gotaa ree nama nama qabaane wan tayeefi dhisii ka bakaa Rabbii jiriachisee ha jirtuu 😢😢😢😢😢😢
@SabontuuYouTube8542
@SabontuuYouTube8542 Ай бұрын
Kijibaa keessan dadhabnee aboo
@AbdiisaaMan-vi8gv
@AbdiisaaMan-vi8gv Ай бұрын
Hayyii hayyii caraa ilmaa nama
@masrtderej29
@masrtderej29 Ай бұрын
Baayee naa gadissete gaadisee😭😭ssii boyee
@user-tw7vt7zq5l
@user-tw7vt7zq5l Ай бұрын
Ani sima jibaa shanxani ni beksisaa akkaa qullaa jiruuu 😂😂😂😂
@najmaabdullahi7344
@najmaabdullahi7344 Ай бұрын
Asraftiii kkkkkk nimaratemoo war yaman kijiban like barbadan gadisen gowumasun inqabdu
@ZainabaJarso
@ZainabaJarso Ай бұрын
anaa kaa naa ajiibee fii kaa naa dhiibee maatiimaa iitaalaa taanaa siilaa yaamanii keesaa jiiraa jedhaanii maafii iitaalaa tanaa hin barbadanee siilaa haadhaa fii abaa yamanii kesaa jiiranii jeedhaa jiirtaanii duuraa maatii waalii dhabdee manaa baatee siilaa
@KenaBekele-pn1zd
@KenaBekele-pn1zd Ай бұрын
Shanxaa duwaa mafii batiree
@gishu2042
@gishu2042 Ай бұрын
Shanxa qula Af,G,dirma dalaga jiran 😂😂😂😂😂
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t Ай бұрын
Eci gurbaa nadhoon kun yoom namaa ta,aa kkkkk😂😂😂😂😂
@user-te5zl8vz9u
@user-te5zl8vz9u Ай бұрын
abid dhugaa rabi atii dhoqee dhaa atii
@AishaaAishaa-
@AishaaAishaa- Ай бұрын
Ayiii 😂😂😂😂😂😂😂😂gowaa Wayii
@TiruneshTirunesh-pf2kf
@TiruneshTirunesh-pf2kf Ай бұрын
Shaanxaa sanaaf gadde gidduuti rakkatte isaan birrif jecha drama hojetuu 😂😂😂😂 Karaa biraa egalaa dramab keessan harka harka jedhe warri jettan like😂😂😂😂
@JaharKhatun-i8o
@JaharKhatun-i8o Ай бұрын
Subscribe keessan irraa debifadhati like qofa tuqa hordafa warii comenti. Yeroo sana wan sirri hojetu dhuga rabbii
@sofiatube5579
@sofiatube5579 Ай бұрын
Abdi wolahii diramaa hojata jirtaa moo mucaa Abbaa bareeshe godhin dhisi Yoo Kan hin saqayin fudhuu Yoo fetee fudhi yokani dhisii😢😢 rabii jedhii
@gelaneguta6205
@gelaneguta6205 Ай бұрын
Gadoo koo caraa kee😢😢😢😢 hommaa miti hunduu nii darbaa Bakkee alaa bultu manaa namaa beetu siqii achii jiraadhuu ammaa maatiin kee dhufanittii. Abdi ammaa sii hin tuqu jedhaa osoo manaa isaatti deebi, ittee akkaa haree sii rukkutaan hareyyu kabaaja qabdi yeroo ammaa keessaa jiruu kanaattii. Gadoo koo alaattii xaanen sii dhoftii manaa namaa beetutti siqii tole. Obsii hadhoo koo hunduu garummaaf. Takkaa bahaa takkaa gaali kaan jettuu abdi atii eenyuu. Micoo garaa laftii argaattee ittii taphaattee madaa ittii gottee dhugaa hundaa keenyaaf waqaayoo hoojii keenyaa nuuf kennaa homaa miti hundu harkaa waqaayoo jiraa. Gaadisee rakkoottuu akkaa godhaa male hammaanyaa tokkoo garaa hin qabduu. Kalessaa minyootti bahii manaa keenyaa jedhan atii mirgaa hin qabdu yeroo barbaadee bahaa yeroo barbaaddee galii kaan naan jettuu sii jettee siif deebi, issttee. Osoo gaadisee akkaasii sii jettee waanummaa argatee ittii darbatuyyu turee🥹. 😭😭😭 gadoo obolettii koo obsii waanta obsii calee hin jiru
@HhdHh-mc5jc
@HhdHh-mc5jc Ай бұрын
Shaxaa qulaa wolii harakatii qabaa hin olin 😅😅😂
@user-uk9pg9cq6l
@user-uk9pg9cq6l Ай бұрын
Shaxaa duwaa diramaa hojjatuu edaa nu chubuu nu dubstuu
@hdks432
@hdks432 Ай бұрын
Ayii diramaaa kesan kanaa Yomii dhumatii 🫣🫣
@SUMAYA.FAMILY.89
@SUMAYA.FAMILY.89 Ай бұрын
Festala irraa shanta qulaa batee Ussa nuraa kijibdota dirama keessan 😂😂😂😂
@yadee319
@yadee319 Ай бұрын
Shaxaa duwwaa 😅kk ummataa soduu
@user-cl1jx9jc4d
@user-cl1jx9jc4d Ай бұрын
Diramaa.kesani yomii dhumaa
@najmaabdullahi7344
@najmaabdullahi7344 Ай бұрын
Namirafu akanat garbisar uwifata Subhan Allah kijib isinindibu
@karimaaHuseni
@karimaaHuseni Ай бұрын
Dirimaa qata mana kessa hojatu hardha ala batuu😅😅
@gamaneekababuu7209
@gamaneekababuu7209 Ай бұрын
Hojii isheettii
@thhjhhjh8090
@thhjhhjh8090 Ай бұрын
Kkkkkk gowwani hin dhalatini Dhalatus hin guddatin jeti oromoni
@user-sl8nv3jk5v
@user-sl8nv3jk5v Ай бұрын
dhugaa rabii shaanxaani quladhaa
@user-uk9pg9cq6l
@user-uk9pg9cq6l Ай бұрын
Malii mudinii kessaa dhugaa waqaa shaxaa duwaa battanii diramaa hojjatuu nuttuu si wajjinii kanii gowmnee dhugaa waqaa
@ObsinaanOroArsii
@ObsinaanOroArsii Ай бұрын
Akkamitii argitee ati😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@birhaneelove2299
@birhaneelove2299 Ай бұрын
Hin sobuu be you tube dalaguuf qofa
@najatnaja1401
@najatnaja1401 Ай бұрын
namni maatii qabu akkamitti bakkee jiraata😂 safuu dubartiin bakkee bultii😮
@user-sz8sl4td3s
@user-sz8sl4td3s Ай бұрын
Abdii miciyon tanaa matin isii jirhn 😭💔
@user-bb4gt3qh8k
@user-bb4gt3qh8k Ай бұрын
😂😂😂
@Siffaan6136
@Siffaan6136 Ай бұрын
Ummaataa in sobinaa guyyaa qiyyammaa soddadhaa nun sobinnaa😂😂😂😂😮😮😂ummaataa Yemen ummaataa maratuu😂😂
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 Ай бұрын
Sin ittin qarshii argatuu asi irraa sobdan lafaa nuti rbdanii intalaa waraa qabduu malii godhuuf ofti futee silaa hadhaa manatee mitti M😅😅😅😅😅😅
@user-nu3we2fo5n
@user-nu3we2fo5n Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-db1yj9ij2l
@user-db1yj9ij2l Ай бұрын
abdii Malifii Mucaa Kanaa Akanaa Gotaa Mucaa Durba Mitii😢😊
@sufuhalseeb830
@sufuhalseeb830 Ай бұрын
Malii gonna ree nuuu 😅
@herarotube2704
@herarotube2704 Ай бұрын
Ani si jibbeera dhugaa erga si laalu dhiise tureera dhalaa anbaa jala taate waan dalagattu dhabdemo dhugaa akkati ani si jibbe😮
@Oroomoo11
@Oroomoo11 Ай бұрын
Oromoo namaa isiinii sobuu lakii ma gotaniif innuu kanaa argee marataa jiraa walahii Anii qata isee lakiifii laluuyuu senetuumaanii ofiiraa dabarsaa gowaa kun hangaa yomii kijiibaa
@hioryu6516
@hioryu6516 Ай бұрын
Namnii biriif jedhee akkamii Qabriidhabaa
@zxczxc3083
@zxczxc3083 Ай бұрын
Dhugadhaa garuu kun mee 😢😢😢😢😢😢😢
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 Ай бұрын
Shanixaa keessaa ufani Hin jiraa garuu
@user-my7db4en1p
@user-my7db4en1p Ай бұрын
Dirqaamaani shaaxa duwaa akkumaa itti fuufeti jiraa 😂😂😂
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t Ай бұрын
Diramaa keessaan 😂😂😂😂😂😂
@user-xc9bm1xc3x
@user-xc9bm1xc3x Ай бұрын
Diraman kessaa yommii dhummaa qoyyii 😂😂😂😂😂
@DinqnshiBalchaa
@DinqnshiBalchaa Ай бұрын
Uuuuuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭
@user-he9fb2qv1c
@user-he9fb2qv1c Ай бұрын
Ijoolleen kun sammuu hin qaban hundii isaaniyyuu wal hin caalan
@fatumajimmaa2877
@fatumajimmaa2877 Ай бұрын
Abdii maliif mucaatti dararta yeroo manaa kee jirtu Walumaa isiidhaa jettee tumaa turtee 😢ati quncee sanaa jettee gadisee midhaa jirtaa😢😢😢
@hrvvcxhxxc5712
@hrvvcxhxxc5712 Ай бұрын
shaanxan qullaadhaa jarri warra afaan kana dubbatu kana gowwama wayii isaanitti fakkaataa sila abdii dhugaa siin jedhaa ofii keetii of sobi sabni kun kan qumaara irratti taphatanii mitii kijibdoota
@Hayat-is2dk
@Hayat-is2dk Ай бұрын
Jasbaa atii dhiradhaa dhaltudhaa sirii siratii hojetaa jiraa
@furnemiresa1
@furnemiresa1 Ай бұрын
Amaa diramaa haraa jalqabdaanii jirtuu jabadha yaa oromoo😅😅
@aishahmohamd445
@aishahmohamd445 Ай бұрын
Warii firraa dhabuu😭😭😭😭
@JamsiiOro-ey4fs
@JamsiiOro-ey4fs Ай бұрын
Badii gowaa usii gowaa 😂😂😂 osoo sistee gadiseen
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 Ай бұрын
ee kiijbdaanii umaataa yaamanii bisimilayii shaaxaa duwaa olii gadii hin harkisinaa dhiisaa shaaxaa hin dararinaa🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@Amiinatube-u4q
@Amiinatube-u4q Ай бұрын
Kiijiibaa kaan dhisaa gayee beyenee
@user-oz1ss5im4z
@user-oz1ss5im4z Ай бұрын
Ayii yaa miskiin jiruun biyyaa yameen kun nuu gugubee😢😢😢😢
@yaaallahaa712
@yaaallahaa712 Ай бұрын
Kkkkkkkk wayiiii diiramaan waraa yaman giizee maratufedhan garakeysa demanii qushaashaa keysa ciisun adaa isaniitii shanxaa duwaa fudhatanii rabshaa dhabajiiranii laiikii fii sabaskiiraiibii funanufii
@NoorIbrahim-rb4cf
@NoorIbrahim-rb4cf Ай бұрын
Maaloo, isiniraa, bekaamaa, soobni, isiinuti, bay,aate, shaanxaa, duwaa, wal, arkaati, hin, qabinaa
@Rahimaa.Youtube
@Rahimaa.Youtube Ай бұрын
As.wr.wb. me.oromoo.tiyyaa.me.matii.na.tahaa.pilis🙏♥️♥️♥️🥰🥰🥰♥️♥️♥️🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@Hilwaa504
@Hilwaa504 Ай бұрын
Kijibaa kesanii kun😂😂😂😂😂
@midhesyayusuf8073
@midhesyayusuf8073 Ай бұрын
Kijiibduu dirama kessaan dhisa even bagging duwadhaa huccu hin qabu
@najatnaja1401
@najatnaja1401 Ай бұрын
shaanxaa00000000000😂😂😂
@hioryu6516
@hioryu6516 Ай бұрын
Dirama bawalahii shanxan quuladha umataa oromo mataa Quulfii dhugaa seha 😂😂
@ayanto6017
@ayanto6017 Ай бұрын
Amma dirmaa keessan kaa mana fixaani alaa baataan hojii keessaan barree jirraa Amma soba dhiisaa 😅😅😅😅😅😅😅
@user-vl6yo7pc9b
@user-vl6yo7pc9b Ай бұрын
Shanxa duwa olii gadii ofun maliiga qoy
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 Ай бұрын
Atii hitaalaa kanaan maaf you tube ke gudiifaataa tokofaa budeesheeraa ta,aa jirtaa maaqaa baalesitee😢😢😢😢
@HabibaBiyya
@HabibaBiyya Ай бұрын
Wolahi shanaxan duwaadha😅😅😅😅
@Mecca1-tg3yw
@Mecca1-tg3yw Ай бұрын
Horiii.dhisii.haa.demtuu
@hasana7233
@hasana7233 Ай бұрын
Hin xumuramne parink kessan😂😂😂nii sobdu
@tarertarer3302
@tarertarer3302 Ай бұрын
Yoon ummataa yeman ilalee sobduu sanxaa qullaa 😂😂😂😂😂
@CxBaha-lp1ns
@CxBaha-lp1ns Ай бұрын
Ummata kijibaa 👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎✊️✊️👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊
@Dadar590
@Dadar590 Ай бұрын
Aka namni isin laluf akana godhatani danta tesani pirank kesan isinirati bene
@siifantub4241
@siifantub4241 Ай бұрын
Sobaa dhisaa nuraa😅😅😅😅
@askela9216
@askela9216 Ай бұрын
An kan jedhu diraama hojeen hin jettani maf shamxaa duwaa bataani oli haddii zortuu sin 😂😂😂
@user-vk3we5iq8f
@user-vk3we5iq8f Ай бұрын
Dhugaa rabbii anii hardhaa irraa egalee isinii hin ilaaluu woraa sobaa yeroo kun qillessii akkaa malee ho'aa akkamiti achii bultii worii diramaa dalgataa jiruu nuuti bilashatii qalbii nuu baalesuu argaa keessani abboo akkaa dubii sobaa tahee asiratii ofii ilaalaa
@sufuhalseeb830
@sufuhalseeb830 Ай бұрын
Sobaa keessaani dhisaa demii garaa Hadhaa Fi Abbaa keti galii
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 Ай бұрын
Sobaa ijaa basee ilaa shaxaa duwadhaa😂😂😂😂😂😂 ayyii Abdii gadii galoon haree ribii galichii jedhanii atilee gadii demmaa jirtaa ofii yadadhuu
@AaishaaSiraaj
@AaishaaSiraaj Ай бұрын
Abdii goowa wallahi maal goodhii jeedhani silaaa dhiisii 😅😅😅😅
@IdirisAdam-vq6mj
@IdirisAdam-vq6mj Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️☝️
@user-wf8hg7dn3g
@user-wf8hg7dn3g Ай бұрын
Shanxaa keessaa wayyaan tokkoo jiruum😂😂😂😂
@aishakayo286
@aishakayo286 Ай бұрын
Si gorasine si dadhabnee ji.a 9 gutuu mucatii tanaa ofi biraa basi jeenee si dadhabnee Amaa kabajamtota nuuni jeetaa horii
@hawihawi7681
@hawihawi7681 Ай бұрын
Ok sobaa jiratuu edaa kkkkkkk usaa amaa argaa kesani this prank🤪
@Nura-ce5gv
@Nura-ce5gv Ай бұрын
Diirrama akkumaa itti fufeetii jirraa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😭😭Aslii mubarak irati dulla banee dhalii nama biinensa ta'e
10:12
Fortunately, Ultraman protects me  #shorts #ultraman #ultramantiga #liveaction
00:10
Meet the one boy from the Ronaldo edit in India
00:30
Younes Zarou
Рет қаралды 17 МЛН
Logo Matching Challenge with Alfredo Larin Family! 👍
00:36
BigSchool
Рет қаралды 22 МЛН
КАКУЮ ДВЕРЬ ВЫБРАТЬ? 😂 #Shorts
00:45
НУБАСТЕР
Рет қаралды 3,2 МЛН
Iccitti rufa’eli Dhageeffadha share godhaa
29:03
AROO TUBE
Рет қаралды 485
Yeroo Bohaartii Ayyuu waliin 😍| Eenyutu Qarshii balleessuu jaalata?
12:00
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 96 М.
Uuff Abdiin Ufaata miinyooti mana gadi guure narra deemi jedheen
13:29
Qaama miidhamtuu Gudeedamte😭
2:17
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 41 М.
Fortunately, Ultraman protects me  #shorts #ultraman #ultramantiga #liveaction
00:10