Ameerikaan haa galatoomtu ifatti waamicha goote jirti.ABO ergaa jabaadhaa jedhu faannoof gorsa dabrs

  Рет қаралды 16,826

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 107
@user-oq6yj9pt9o
@user-oq6yj9pt9o 2 ай бұрын
Rabbiin nagaa nuf haa busuu ❤❤❤❤ atti nuf jiraadhuu Abduushee kenyaa
@AhamadShamshuddin
@AhamadShamshuddin 2 ай бұрын
Qali ko jabadhuu ❤homaa yadin fbs tiktok fii haga KZfaq sii hodofan ture dhugaa dubachuf sii farsuf mitii attii garidha homaa hudanu barnotas simara argadhe jabadhuu hali garin abbaafi abbaan fedhe siihaa zolomu irra kayatin kara rabile karaa namale hundaa nuu filatamadha attii wan barese dubachudhaf hin danda.u galatoomi galata guddaa nuraa qabdaa insha alaah yoo rabin jedhe hin gudataa KZfaq kelee yon waa balese dhifama ❤
@FuaadMuhammad
@FuaadMuhammad 2 ай бұрын
❤❤mashaa allaah wallahi waan nama gammachiisu Rabbiin ummata keenyaaf nagaya haa buusu......... ...... Ati ammo nama viidiyoo kee gabbuusee fb irra gessu erga gorsite dadhabde tarkaaniffii barabaachisu fudhuu gara peejii isaa jala cufutti tarakaanfadhu
@munirahafiz1242
@munirahafiz1242 2 ай бұрын
Dhugaa rabbii waan ati ittii cinqaamtee nuuf fide daqiiqqaa xiiqoo keessatti dhageeffaanne si galeeffaattu ture galanii kee jabaadhu innaaftun hin milkooftuu❤❤❤❤
@jmailhtheoab1910
@jmailhtheoab1910 2 ай бұрын
❤❤❤❤🎉ishallaa yoo rabbii jedhee 5m nigesa jabaa namaa abduu
@RameeTube-qf4ym
@RameeTube-qf4ym 2 ай бұрын
Wlh iskirishut godheetii sii jalatii ergaa je,ee hedudhaa pegin akana Wlh iraa.heduu kan natii dhufuu isaa kanaa pilis maqaa namatiin daldaluu dhisaa❤
@IRReTube
@IRReTube 2 ай бұрын
Ati nama jabaa keenya yeroo dhihootti 1m akka ati seentu abdii qabna nuuf jabaadhu
@midhesyayusuf8073
@midhesyayusuf8073 2 ай бұрын
Jabadhu bro dhuga rabbi heddu takka si dinqiisifadha
@AbdusalaamNaasir
@AbdusalaamNaasir 2 ай бұрын
Dhuga baanta abbaa youtube adda wallaalle jirra bara kana hattuu maqaa nama jabaatin dalagachaa jiran wow baga ummata beeysifte❤❤❤❤❤
@user-ek7rd4lj3f
@user-ek7rd4lj3f 2 ай бұрын
Dhugaa oromoo Rabbii haa bassuu ishalah ❤❤❤❤
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 2 ай бұрын
Abduu kenyaa bagaa nagaa dhufitee jabaa kenyaa ❤
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 2 ай бұрын
Abshiir Abduu homaa hiintatuu garuu worroota ta'ani ifajee namaa saman kana baga akeekkaachiisa ittii gotee isa qofaa mittii kan akkaa isaa heduun irraa habaratani. Mashaa Allaah Ameerikaan ammas haagudattuu beekumsaan dhugaa ummata keenyaa ifatii basuu isittii Ani akkaa dhuunfaa koottii baay'ee nagammaachisee Rabbiin ammas dhugaa nuuf haagodhu yaada jarrii dubate kana . Galatoomi abdishaa
@Eliko.me03
@Eliko.me03 2 ай бұрын
❤🎉 jabadhu atis abdu koo hin nuffin dafii dafii video nuuf hojjadhu🎉🎉
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 2 ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💞💞❤️❤️💖💖💕💕👍💯☝️
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 2 ай бұрын
Welcome back thanks
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 2 ай бұрын
Jabadhuu abduu qaxalee Kenyaa sijalanaa🫶❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Raabii nagaha nuhabbuussuu inshaallaa
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Wle come Abdii keenya jabaa dhuu Ati Namaa Guddaa dhaa💖💖💯🙏 Translate to somali
@godawajjiitube
@godawajjiitube 2 ай бұрын
Jabaadhu hojii kee bareedadha ❤❤❤❤❤
@Yuusufmohamed-vi2wc
@Yuusufmohamed-vi2wc 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤Hifataanii dhiisanii jabaadhu.
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 2 ай бұрын
Dhugaa an you tube oromoon qabdu keessaa si qofan ammaa dhumaati dhaggeeffadha warri fb irraa geessan video kee oromoon guddiina walii waan hin jaalanefi ammoo jabbaadhu ati abdu❤ rabbiin oromoof nagaa Haa buusu ❤
@abdichalitube
@abdichalitube 2 ай бұрын
Arra sitting bareedee jira abdishaa hedduun si hordofuu jaalladhammoo ❤
@HamzaaShamiil
@HamzaaShamiil 2 ай бұрын
Dhuugaa.keetii.nam❤❤❤❤❤❤❤❤jiiradhuu
@SabonaMarara
@SabonaMarara 2 ай бұрын
Ameerikatti waqeefata gurbaa iii
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
As Wr Wb.yaaRabbi biyya keenya nagaa nuugodhi yaaAllaah
@hassanyusuf9533
@hassanyusuf9533 2 ай бұрын
Hi.Soba America dhugaa hin seehina.Aerican motumaa deegara WBO hin jalatuu WBO sober harka miiciiruu deemaa.amrican bilisumaa Oromo hin deegaru.oromo chrisantu Oromo islaama hin feenee.diibbee tuumtaan dhiisaa.
@LaftiitenyaaLafeetenyaa
@LaftiitenyaaLafeetenyaa 2 ай бұрын
Jabadhuu jabaa namaa
@UmmuKalid-mb7yx
@UmmuKalid-mb7yx 2 ай бұрын
abshirii jabaduu ❤❤❤❤❤
@KaalidAbdii-nt1zm
@KaalidAbdii-nt1zm 2 ай бұрын
Jabaadhu Abduu
@Hajiiheydar89
@Hajiiheydar89 2 ай бұрын
abshir 2m ammaasineyna oromoon jabaadhu
@dasiigutama-gy6pg
@dasiigutama-gy6pg 2 ай бұрын
Dhugaadha wly anis jaala deemw laale vidoo keetuma qofa shere godha
@user-cb9us2sm5w
@user-cb9us2sm5w 2 сағат бұрын
❤❤❤
@firomsabulcha1322
@firomsabulcha1322 Ай бұрын
Jabaa nama
@JibrilTajudin-jm3qn
@JibrilTajudin-jm3qn 2 ай бұрын
Jabadhu sibirajirra
@user-kj6wl4xl8w
@user-kj6wl4xl8w 2 ай бұрын
Dhugaaa abduu anii bayyee sii dinqsafadh garuu soraa qalbi kan jadhu san sii sehne hordafaa turee😢😢
@sanyiijaawe315
@sanyiijaawe315 2 ай бұрын
Bagaa nagaan dhufttee Abduu kenyaa❤❤
@AmaanhqaasimAmaan
@AmaanhqaasimAmaan 2 ай бұрын
abashirii jabadhu ati yeroo hundaa sihodofaa jabadhu abashirii
@ifnaanjibril4440
@ifnaanjibril4440 2 ай бұрын
wowow baayye namatti tolaa❤❤❤ Amshiiiiir atille Abdu Hubata namaa❤❤❤❤
@shureegonfa7328
@shureegonfa7328 2 ай бұрын
Yaa waaqayyo uummata keenya kanaaf boqonnaa kenni .😭😭🙏
@user-jo2gw8ce2x
@user-jo2gw8ce2x 2 ай бұрын
👍👍👍
@rajkumarr2191
@rajkumarr2191 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbrEm-md3bg
@AbrEm-md3bg 2 ай бұрын
Jabaadhu ❤❤❤
@tadelechzerihun410
@tadelechzerihun410 2 ай бұрын
Waaqayo nagaa nuuf haabusu
@AliTikse
@AliTikse 2 ай бұрын
Nuuf Jiradhuu waggaa kumaa
@diga5
@diga5 2 ай бұрын
Abshir habibi ❤🎉
@Muldhisaa11
@Muldhisaa11 2 ай бұрын
Dhaamssi dhaamolee waa hingoone jedhee mammaaka Warri naannoo keennaa yaroo mammaaku, Mariin Ameerikaan Daawud ibsaa waliin, Dr Maraaraa waliin adda addaan waamttee waliin goote Oromoo Addaan fageessuu yoo taate malee Oromoo waan walitti kaleessuu miti, bakka tokkotti yaamttee maalif yaada isaanii irraa hin fuudhinii Addaan qooddee marii goosifte kun shira guddaa Ameerikaan xaxxetu keessa jira.
@alaminfinix
@alaminfinix 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@mariyqmmariyqmmari2498
@mariyqmmariyqmmari2498 2 ай бұрын
🙏🙏🙏❤️
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 2 ай бұрын
Abshriiiii video fudheee maxasee mallee bekkumsaa kee samuu kee kessaa fudhee hin maxasinii atii bakkaa yadee oliii getaa inshaa allaah
@HawwiiBayyannaa
@HawwiiBayyannaa 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤jabadhuu abdu qaxalee kenyaa
@rajkumarr2191
@rajkumarr2191 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 2 ай бұрын
Waqaa araraa isaa nufii haa busuu
@user-pu2vv1tw9j
@user-pu2vv1tw9j 2 ай бұрын
Wel come Abdu mobile
@hggf3345
@hggf3345 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-kc5io8ss1d
@user-kc5io8ss1d 2 ай бұрын
❤❤🧡❤💯👍💯👍
@user-dq7mg9bc3q
@user-dq7mg9bc3q 2 ай бұрын
💕💕💕💪💪💪
@AhamadShamshuddin
@AhamadShamshuddin 2 ай бұрын
Gabaabumatti hatun mana wajiran sente hatii
@ebrahimahimad380
@ebrahimahimad380 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤jabadhuu attii qalii kenyaa itii fifii
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@umaroromoo7303
@umaroromoo7303 2 ай бұрын
Wel come bro ❤❤❤
@Oromiyaa418
@Oromiyaa418 2 ай бұрын
Maatii na ta umataa qalii ❤
@abdulhamiidmahammad7719
@abdulhamiidmahammad7719 2 ай бұрын
Inshaallaah 1m nigalta abshir
@orokoo
@orokoo 2 ай бұрын
❤❤
@user-fn1xy9pu4e
@user-fn1xy9pu4e 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@rwaidamohamad6903
@rwaidamohamad6903 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢
@susiishaaoro
@susiishaaoro 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@rahmadamaa-td5ro
@rahmadamaa-td5ro 2 ай бұрын
Mashalaaaa tabarkalaa 🥰🥰🥰🥰😘😘💖😘😘💖💖😘
@AbdiiJamal-yx1qz
@AbdiiJamal-yx1qz 2 ай бұрын
Jirdhu.❤❤❤❤
@mekdestesfaye7866
@mekdestesfaye7866 2 ай бұрын
Yommii dhugaa ta.aa laataa
@FayrosFay
@FayrosFay 2 ай бұрын
😍😍😍😍😍💖💖💖
@sandyjordan1590
@sandyjordan1590 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤11
@Birane509
@Birane509 2 ай бұрын
@AbdallaColle36
@AbdallaColle36 2 ай бұрын
Ani yeroo heddu sidaawadha garuu takka shr hin goone gara fb
@leencobesst
@leencobesst 2 ай бұрын
Orormo kp❤❤❤❤
@samiyaahmed7911
@samiyaahmed7911 2 ай бұрын
Dhugaa keeeeetii
@abdulhamiidmahammad7719
@abdulhamiidmahammad7719 2 ай бұрын
Iratti gubi siwaliin jirra
@user-eo2iz5vc4t
@user-eo2iz5vc4t 2 ай бұрын
❤❤❤❤😭😭😭
@MameJimma-up3lo
@MameJimma-up3lo 2 ай бұрын
Abdu atti Kan gammadee nagaa American labsiite osso hin tannee dhukubni keessan abichuun angoodhuma iraa taudha sanuu jimman keessa dhuffe ma nu bulchaadhaa isiin ergamttota omn woraa comment omn dubsuun jirattuu American ibsaa baftee dhiifte waeen k.fo,n ykn shaanen angoo qabatte jenan isiin milkoftaanu hin jiruu garaa keessan hidhadha qaawwe yo tae shaane qawwe dulloomadhaan mottumma kana cabsuubhin dandeessu qaawwen abichuus ibidaa darbaa maale Bishan mitti Kan darbuu woraa maqa qabsoo Kara nagaa fakkeessani mottuma kana angoo iraa buusuf hiribaa dhabaa jiranu amoo hidhaa gadii lakkisuu mitti wora bakke jiruule akkumaa jal batee urgeessa rashaanamee saanatti rashaanu qaba bakka jarii jiraan hundatti ok namni angoo xiiqidhaan woliif gadhiiisu hin jiruu biyyatituu akka biyya soriyaa daraa tatti maalee
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 2 ай бұрын
Welcome jabaadha Oromo koo
@eyodabharmee
@eyodabharmee 2 ай бұрын
Sagantaa kee akkasitti gaggabaabsitee dhiheessuu keetiif namatti tola.
@sufiyanmama2958
@sufiyanmama2958 2 ай бұрын
abshiiru kan samuu hin qabnetu samuu namatin gudachu fedha
@user-ox4ok9su1z
@user-ox4ok9su1z 2 ай бұрын
Abashiirii qalii anii
@abdulhamiidmahammad7719
@abdulhamiidmahammad7719 2 ай бұрын
Abdu hedduu sijaalanna
@TamamGiroo
@TamamGiroo 2 ай бұрын
22
@user-im6wm2cr6u
@user-im6wm2cr6u 2 ай бұрын
Siiwajjiin.jiirra
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 2 ай бұрын
isiituu gubaa jiirakaa😂😂😂😂
@user-rv6nr5fy1w
@user-rv6nr5fy1w 2 ай бұрын
Sora qalbii maali kun soora xabshiiti malee😂
@zainabzainab2633
@zainabzainab2633 2 ай бұрын
😅😅😅😅
@user-tc5hd7ye6w
@user-tc5hd7ye6w 2 ай бұрын
Mee sardaminka hojiira haoolu dura
@oromiya1
@oromiya1 2 ай бұрын
Mal kun ani kee seehaa bar
@murtee
@murtee 2 ай бұрын
Osoo tiktookii taate ripoorti irratti goonaa fb hoo akkam goona dhiiroo warri maqaa namaatiin daldaltan qaanfadhaa please 🙏
@AbrEm-md3bg
@AbrEm-md3bg 2 ай бұрын
Jabaadhu ❤❤❤
@TitiBogam
@TitiBogam 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@user-zy9ue3ub8m
@user-zy9ue3ub8m 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HbsGgbd
@HbsGgbd 2 ай бұрын
❤❤❤
@BADHE.
@BADHE. 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@fiqirifiqri
@fiqirifiqri 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@RahelDane
@RahelDane 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@oromiyaannibilisoomtidhiig9147
@oromiyaannibilisoomtidhiig9147 2 ай бұрын
Jabaadhu ❤❤❤
@oromiyaannibilisoomtidhiig9147
@oromiyaannibilisoomtidhiig9147 2 ай бұрын
Jabaadhu ❤❤❤
Clowns abuse children#Short #Officer Rabbit #angel
00:51
兔子警官
Рет қаралды 75 МЛН
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
OROMIA11: HARAGALFII: WBO fi Jaal Odaa Tarbii
32:28
Oromia 11
Рет қаралды 74 М.
Nuti Gara lachuttuu Marii Nagaa Taasisuuf Qophiidha jedhe Waboon.
24:38
OMN: Haala yeroo irratti marii hayyootaa
1:51:28
OMN
Рет қаралды 15 М.
Горилла Показала Малыша 😍
0:23
ДоброShorts
Рет қаралды 2,2 МЛН
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
0:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,6 МЛН
Детство злой тётки 😂 #shorts
0:31
Julia Fun
Рет қаралды 4,1 МЛН
Всегда проверяйте зеркала
0:19
Up Your Brains
Рет қаралды 20 МЛН