Anaa Dhufu: Turtii Faarfataa Phaawuloos Taganyi

  Рет қаралды 18,869

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

3 ай бұрын

Anaa Dhufu: Turtii Faarfataa Phaawuloos Taganyi

Пікірлер: 92
@ebba-pictures.
@ebba-pictures. 3 ай бұрын
Phaawuloosif Magarsaan waan daa'immman irratti dalagan ija amantaan qofa laalanii darban miti jarri lameen kun badhaasaa olaanaan isaaniif maludha. Labata irratti hojjatan kun komii kiyya kanaaf baay'ee waan jajjabeeffamuu qabu. galata guddaa dhaloota kanarraa qabdu.
@lamititujo8590
@lamititujo8590 3 ай бұрын
Naman baayyee jaaladhuuf kabaju farfataa phawuloos Tagany waan nuuf affeertaniif OBN Galatoomaa!
@habeshawit2008
@habeshawit2008 2 ай бұрын
Paulos Tegegn, he is the reason why I enjoy listening to Oromo gospel song. Ebbifamii
@degitubakana1352
@degitubakana1352 3 ай бұрын
Bagaa Ayyaana du'ee du'aa kaa'u gooftaa keenyaa Yesuus kristoos Yaaddannoo isaa jalaa bultii isiin gahee Bagaa geessan ✝️🙏 Yesuus fannoo irra osoo jiruu jechoota toorba(7) dubbate 1) Yesus garuu, "Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!" jedhe; Luqaas 23:34 2) Eloo'i, Eloo'i lamaa sabaktanii, Marqos 15:34 3) Yesus immoo, "Dhuguman sitti hima har'a anaa wajjin jannata keessatti in argamta" jedheen. Luqaas 23:43 4 ) Haadha ko, ilaa ilma kee!" jedhe Ergasii bartuu sanaan immoo, "Ilaa haadha kee!" jedhe Yohanis 19:26-27 5) Yesus amma wanti hundinuu fiixaan ba'uu isaa beekee, dubbii macaafaa fiixaan baasuudhaaf, "Nan dheebodhe" jedhe. Yohannis 19:28 6) Yesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" Jedhe. Luqaas 23:46 7) Fiixaan ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne. Yohannis 19:30
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 ай бұрын
Karaa OBN wangeeli lallabaamera🎉❤ theenks ! Karaan dhugaan jireenyii Yesus qofaani.
@meseretchala8426
@meseretchala8426 2 ай бұрын
Paul is a humble Oromo protestant singer. His contribution is so great love you so much God bless you
@yonatantadele631
@yonatantadele631 3 ай бұрын
Galatooma OBN wan farfataa kana nuuf dhiyesitaniif🙏🙏🙏🙏🙏
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f Ай бұрын
❤❤❤❤bayee siijalanaa gofitani isiin yaebisuu👌🏻🤲👏
@kenenikeneni8882
@kenenikeneni8882 3 ай бұрын
Namaa waqayoo bayee jaladhaa bagaa ittin isin gayee ❤❤
@biliseedaanii3611
@biliseedaanii3611 2 ай бұрын
Paul hojjetta Waaqayyo isa jiraata ebbiffami❤❤❤❤
@gumikenenisa3807
@gumikenenisa3807 3 ай бұрын
Nama jabaa Waaqayyoon barakee yaa ebbissu pauleee
@sanyiiabiishee8899
@sanyiiabiishee8899 3 ай бұрын
Paulos ati nama jabaa, beekaa, sabboonaa fi nama waaqayyooti. Ani nama amntii miti garuu ijoollummakooti kaaseen akka fakkeenyaatti si daawwachaa guddadhe. Waaqayyo ammayyuu dabalee si haa eebbisu. Ijoollee kashalabbee waldaa keessaa ani faarfataa dha ani raaajidha jettee waan biraa gochaa ooltu irraa fagaadhu.
@nagaamedia
@nagaamedia 3 ай бұрын
Phaawulee Galaana Faarfannaa Afaan Oromoo, Waaqayyo barakee haa eebbisu!
@barii_ganamaan9560
@barii_ganamaan9560 2 ай бұрын
Eebbifami Phawulee,jaallatamaa namaa.Dhaloota ofitti hinqaanofneef afaan ofiin tajaajilaniif tajaajilaman oomishuu keessatti shora mana amantaa keessatti ati qabdu guddaadha.ulfaadhu!
@SenaolDuguma
@SenaolDuguma 3 ай бұрын
Baay,ee Baroo dha baga Du,aa ka,uu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos nagaa Siin Gahee Yesuus maalee Gooni hin jiruu
@DandiLemi
@DandiLemi 3 ай бұрын
❤❤❤❤
@abdiedosa5052
@abdiedosa5052 2 ай бұрын
Eebbiifami jaallatamaa nama waaqayyoo. Ati sabboonaadha nama Eenyuuma oromoo kara Faarsaa nuf Ibsedha ulfaadhu si jaalana dhugaa
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 3 ай бұрын
Nama jaaba nufjiraadhu Lecaakoo umurii dheeraa ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ketemaamena4185
@ketemaamena4185 3 ай бұрын
Warri OBN baga nagaan dhuftan faarfattoota afeeruu eegaltaniittu.
@biniyamwakjira6403
@biniyamwakjira6403 2 ай бұрын
Waan gaarii gootan warra OBN ❤
@olikabelay5878
@olikabelay5878 2 ай бұрын
Duraan dursee Faarfataa jaallatamaa kana Keessummaa taasifachuuf namni jalqaba yaada dhiyeesse galateeffamuu qaba.Mul'anni Faarfataa Phaawuloos keessa ture hordoftoota Amantichaa qofaaf osoo hin taane,waliigalaan Afaan Saba Oromoof bu'aa guddaa qaba waan ta'eef.Hundaafuu,qophii kanaaf OBN fi qopheessituu sagantichaa guddaan galateeffadha!
@Milkiihabtamu28
@Milkiihabtamu28 3 ай бұрын
Phawulee keenya nuuf jiraadhu baayeen si jalaadha 🥰🥰
@brekwarratulama
@brekwarratulama 3 ай бұрын
Galatoomaa OBN.Ummanni oromoo kun ummaata guddaa sammuu addaa qabani.Jarri warri kaabaa ummaata kana dachee Itoophiyaa Alaa dhufe kan jettuuf wanta isaanirraa dandeetti addaafi qaroomina addaa qabuuf.ummaata dimokiratawaa dha.
@user-pv6ft9oj8z
@user-pv6ft9oj8z 3 ай бұрын
wow, waaqni sin haa'eebbisu. warra OBN, Nama jabaa fiddan. barumsa balla dabarse dhugaa. phaa'ulee nuuf jiraadhu.
@geremaketema2686
@geremaketema2686 2 ай бұрын
uuuufffff faarfataan baay'ee jaaladhu osoon pheenxee hin ta'iin illee dhaggeeffachaa ture nama guddaa keenya nuu jiraadhu❤❤❤
@SpenserXo-ci7wj
@SpenserXo-ci7wj 2 ай бұрын
ፖል የልጅነታችን ተወዳጅ ዘማሪ🙌🙌😍😍
@user-kh9um4bk5z
@user-kh9um4bk5z 2 ай бұрын
Gaaffii bareedaa, deebii quubsaa waliin. Afgaaffii guutuu. Galatoomaa!
@cphonetastic3994
@cphonetastic3994 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤dhugaa dubachuuf faar phawulos taganye naman bayyee dinqiisifadhuudha dhaalootaratti bayyee nama hojechaa turedha ammas gama hafuurattin dhaloonni bayyeen farfaanawaan isatti ebiifama jiraa❤❤ ebiifama OBN ille nama jaba kana nuuf afeeruu keessaniif❤❤❤❤❤❤
@solomonbulti7015
@solomonbulti7015 2 ай бұрын
Phaawulos Nama jaallatamaa Dhalootaaf kennaa fi yaadannoo guddaa Nama badhaasedha ammayyuu GOOFTAAN guddaa haa eebbisu
@KonoSister
@KonoSister 2 ай бұрын
Paawule.farisaa ketiin Gofitaa guda kana dhaname kan koo tasisee ebbifamii OBNs galatoma.
@kingcell4953
@kingcell4953 2 ай бұрын
Pole snalna waldaa dbidolo 03 walin tjajilaa ture nshaklchisaas turee bye mnwkyiothif hinfaa ebifamyi ❤
@Eeaatt911
@Eeaatt911 2 ай бұрын
Phaawlee ati dhugaa eebba saba keenyaatii, gadi of qabuu ati qabduu fi kabaja ati namaaf qabduus fakkeenya keenya! Ammayyuu eebbifamii, ayyaana isaanis caalmaatti gonfamii!
@user-lb8zv1ed2j
@user-lb8zv1ed2j 2 ай бұрын
Uuufee ebbifama keenyaa umurii dheraa nuuf jiradhuu
@eirbaya5517
@eirbaya5517 3 ай бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa 👏💟🌻🎉😢🎉🤝💟
@wayessaolkaba249
@wayessaolkaba249 2 ай бұрын
Paul nama guddaa kan Waaqayyoon sodaatu!
@SammyGetachew
@SammyGetachew 2 ай бұрын
Pauleko Nuuf jiraadhu Sijaallanna. Warri OBN Ulfaadha. Nama keenyaaf Haamilee ta'uun sinitti haa baru.
@user-fd7dl9zb3d
@user-fd7dl9zb3d 3 ай бұрын
Ebbifama ebbifama ebbifama bagaa gassanii
@ketim.m
@ketim.m 2 ай бұрын
Phawulos waaqayyoo koo si ha Eebbiisu
@ansiif5589
@ansiif5589 3 ай бұрын
Pauleko Nama dinqii Nuu jiraadhu! baga geessan marruu!
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 2 ай бұрын
Nama kabajaa fi jaallatamaa obboleessa keenya eebbifami si n jaalladha
@jiraataadhayesuus8617
@jiraataadhayesuus8617 3 ай бұрын
OBN eebbifamaa ♥️ paul❤
@LawofGod
@LawofGod 3 ай бұрын
Good job ! The gosple needs to preach in all medias !
@Fhgk-wy5mr
@Fhgk-wy5mr 3 ай бұрын
Iyesusa yoo du,ee yaa jararana of yadadaa rabbii harashii irra jiraa malee wana tokko hin dunee hin gowwaminaa
@meserettaganu5348
@meserettaganu5348 2 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuifffffffff amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ebbbifam ebbifam 🙏🙏🙏🙏
@sukaregetachew8310
@sukaregetachew8310 2 ай бұрын
Waaqayyo sihaa eebbisu ,phaawulee❤❤
@ayyaanaatk
@ayyaanaatk 2 ай бұрын
Faarfataa jaalatamaa eebbifami. OBN galatoomaa isinis
@obsabidiru3165
@obsabidiru3165 3 ай бұрын
Eebiffammii nama waaqayoo ergaa cimaa dhalootaf tau dabarsiitee
@user-wo1nz6li3h
@user-wo1nz6li3h 2 ай бұрын
Ebbifamaa
@ayantuayantu7404
@ayantuayantu7404 2 ай бұрын
Gaalaatomaa OBN 🎉🎉🎉❤❤
@KAKUHAARANETHIOPIAYears
@KAKUHAARANETHIOPIAYears 2 ай бұрын
#wow gooftaf galanii yatahuu!
@bezuneshjimma7849
@bezuneshjimma7849 3 ай бұрын
God blessed you phaawuloos 🙌🙌
@yesusguda2145
@yesusguda2145 3 ай бұрын
Namaa guddaa kenyaa❤❤❤
@abdigemta3317
@abdigemta3317 3 ай бұрын
Eebbifami Paulos
@Fhgk-wy5mr
@Fhgk-wy5mr 3 ай бұрын
Maalii dubin akka kan isan ykn immmo iyesusu yoom du,ee
@fureetube5651
@fureetube5651 2 ай бұрын
❤❤❤
@sifanisiraataa5977
@sifanisiraataa5977 Ай бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@KENNOKELBESSAGERGARA
@KENNOKELBESSAGERGARA 2 ай бұрын
Hoo,hoo eebbifamii paou
@MaartaaKumaa
@MaartaaKumaa 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@GeletaNegera-ts8bb
@GeletaNegera-ts8bb 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@yesuusmaranatha309
@yesuusmaranatha309 2 ай бұрын
Eebifamaa
@user-do2zx7fn9z
@user-do2zx7fn9z 2 ай бұрын
I like his comments about the USA, only forgot to tell how they run elections in the USA.
@Olaantuuwaaqjira2457
@Olaantuuwaaqjira2457 2 ай бұрын
Faarfata baay'ee jaallannu Phaawuloos❤
@waniofitube
@waniofitube 3 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉bagaa gessani
@kingcell4953
@kingcell4953 2 ай бұрын
Gartuu ca kisaa tjajila turee polie syirsa bye brnee abifami
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 3 ай бұрын
Eebbifami!
@haawwiioromiyaa
@haawwiioromiyaa 2 ай бұрын
Phaawuloos 🥰🥰🥰🥰
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 3 ай бұрын
Ebbifama❤🎉❤🎉
@kingcell4953
@kingcell4953 2 ай бұрын
woooow
@MathewosTuli
@MathewosTuli 2 ай бұрын
ana dhufuu phaule
@lenssaolana1486
@lenssaolana1486 2 ай бұрын
Gift Mali fuli,ke safuu
@LidiyaDadi
@LidiyaDadi 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@sanchomaaaaa393
@sanchomaaaaa393 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@SabonaMarara
@SabonaMarara 3 ай бұрын
💚💚💚
@ijarsaahamiileedhalootatub6175
@ijarsaahamiileedhalootatub6175 3 ай бұрын
ULFAADHA OBN PAULI NUF JIRADHA
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 2 ай бұрын
@user-et7zd7df4e
@user-et7zd7df4e 2 ай бұрын
Paul lubbu
@alemayehujenbare4502
@alemayehujenbare4502 3 ай бұрын
Phaule baga geesse
@regasabedaso7152
@regasabedaso7152 3 ай бұрын
baga geessan
@user-cl2tl1sz3c
@user-cl2tl1sz3c 3 ай бұрын
pawulee
@dilbiamenu2183
@dilbiamenu2183 3 ай бұрын
Paule ❤
@estifanosabdu4798
@estifanosabdu4798 3 ай бұрын
Galatoomaa warra obn fi paul
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 3 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉
@Fhgk-wy5mr
@Fhgk-wy5mr 3 ай бұрын
Lakii hin dunee
@baajitamiru9512
@baajitamiru9512 2 ай бұрын
Far Phaawuloss Taganyi, guddina Afaan Oromoof gumaacha ol-aanaa godhee dha. Badhaasi illee kennamuuf qaba ture akka Oromiyaati. Haa ta'uu ammoo OBN galaatooma
@jimliban.
@jimliban. 3 ай бұрын
Fakkeenya dhaloota baga naaf jiraatte? Baga ittiin si gahe
@1Cor123
@1Cor123 2 ай бұрын
Faaruu afaan Oromoo durii kzfaq.info/get/bejne/b753a8yK1LiqcaM.html
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 2 ай бұрын
Nama jabaa kabajama farfata kenyaa nuuf jiraadhuu❤❤❤❤
@Isak_Tube7
@Isak_Tube7 3 ай бұрын
❤❤❤
@user-xc1jz5jb4u
@user-xc1jz5jb4u 3 ай бұрын
❤❤❤❤
@huaweiy9s808
@huaweiy9s808 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@addismulisalelisa3228
@addismulisalelisa3228 3 ай бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉
@huaweiy9s808
@huaweiy9s808 3 ай бұрын
❤❤❤❤
EVOLUTION OF ICE CREAM 😱 #shorts
00:11
Savage Vlogs
Рет қаралды 10 МЛН
路飞太过分了,自己游泳。#海贼王#路飞
00:28
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 36 МЛН
Они так быстро убрались!
01:00
Аришнев
Рет қаралды 1,7 МЛН
Artist Alii Birraa hin duune hojiin isaa lafa hin buune 'A B jennee kaanaa Afaanuma keenyaan...'
9:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 140 М.
Albama Faarfannaa qaban ture  | Gammadaa Show Episode 3, 2023
37:22
Risaa Media
Рет қаралды 122 М.
WAANAN ITTI GAABBU BAAY"EEN QABA.  Faar Phaawuloos Tageny . BUDDUUSSEE TUBE.
1:06:17
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 115 М.
Keessummaa Waamaraa  Mohaammad Amaan Hajjii
21:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
KARMA AT SCHOOL 🏫 Stop time
0:32
dednahype
Рет қаралды 49 МЛН
ПИЩЕВОЙ ВАНДАЛ НАКАЗАН
0:20
МАКАРОН
Рет қаралды 3,1 МЛН
НАЛЕТЕЛ НА БРАТА САНИ🧨
0:36
RFC Fighting Championship
Рет қаралды 344 М.