Baay'ina Amantootaa Sodaadheen Dhokadhe! Far Ayyanaa kabada

  Рет қаралды 13,489

DOONII MEDIA

DOONII MEDIA

Күн бұрын

#dooniimedia #like #shere #subscribe

Пікірлер: 149
@BontuYigezu
@BontuYigezu 3 ай бұрын
Waqayyoo baraf jirenyaa kessaan ha ebbisu kanaa calattii ayyana Isa sinif ha baayyisuu obbolotaa ko umurii dheraadha waqayyoo dhumaa kessaan ha barechuu ♥️♥️🙏🙏🙏
@AageeBirraatuu
@AageeBirraatuu 13 күн бұрын
Faarfataa Ayyaanaa Kabbadaa nama baayyee jaallannuudha nuuf jiraadhu 💕💕💕❤💕
@DiboraDibora-yi4pg
@DiboraDibora-yi4pg 3 ай бұрын
Ayyiii dhalotaa dhugaaf afuraa walin yom nu dhufta maranata 🎉🎉🎉😢😢😢😢❤❤❤
@jalanejalane-tr7tk
@jalanejalane-tr7tk 2 ай бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ililililililililili hallelujah eebbiifamii bro ❤❤❤❤❤❤
@atinafbelay4865
@atinafbelay4865 2 ай бұрын
Ayyuu baay'ee si jaalanna eebbifami! faarfannaakeetiin baay'een jajjabaadha ani yeroo hundumaa waaqayyo guddaa si haa eebbisu❤❤❤
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 2 ай бұрын
አሜን አሜን አሜን ኢየሱስን ተመልሶ ይመጣል እግዚአብሔር ይመስገን ተባረኩ❤❤❤❤🎉🎉
@Demitu-ei3qk
@Demitu-ei3qk 3 ай бұрын
Ebifaama matii waqaayyoo amoo koo ijoolee bayyee basaa jirtaa jabaadhu waqaayyoo ebaa dhaloota sii haa tasisuu
@biyyajiruu3672
@biyyajiruu3672 3 ай бұрын
Harki kee hongetti yoo facaase ni biqilcha.2011...faarf isaa yeroo jalqabaa ani dhagahe keessaa. Eebbifami Ayyaanaa❤
@Asha-tt6xn
@Asha-tt6xn Ай бұрын
Anis yeroo jelaqafi isaa dhagefadhee 2010😅
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
@Asha-tt6xn
@Asha-tt6xn Ай бұрын
Ani Farfatotaa Amma argaa jiruu dura Ayyana nan beeka Farfanna isaa nan jaladhaa Farfanna isaa jalachuu irraa darbee Mata duren Farfanna isaa mana koo keessaa hin dhabamu 😊😊ibsuu hin danda'u garuu Mafi akka Farfatotaa kawwan asi hin baanee inni garuu ofi mulisuu Caala Kiristoosn mul'iisaa kanafi nati tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 3 ай бұрын
Ulfaadhuu yesuus dhalootaa bayyee dhokatee jiraa ayyii yesuus maloo haa mulatuu ayyaani kee karaa basii dhugaa bayyee gara naa nyataa amoo ergaa waaqayyoo mulataa kan sittii keene jabadhuu gooftaa bu.aa dadhabii siif kafalaa
@aaasssaaasss4616
@aaasssaaasss4616 2 ай бұрын
Waqayyoo isiin haa Eebbisu jaabadhaa❤❤
@user-nj9sh3ry2p
@user-nj9sh3ry2p Ай бұрын
Ameen ameen ameen 💗 🙏 ❤️ ♥️ ebifamii namaa waqaayyoo
@DararaBanti
@DararaBanti 3 ай бұрын
Kana caalaatti Ayyaanni isaa siif haabaay'atu Ayyoo!!
@user-od2vs3of1y
@user-od2vs3of1y 3 ай бұрын
Ameen Hallelujah JESUS Christ 🙌🙏 WAAQAYYOO Gaariidha
@DanielAmenu-qp3ti
@DanielAmenu-qp3ti 8 ай бұрын
❤❤❤Uffee haadhookoo Ganaadha kan kee jabaakoo/!!!!
@DawitHordofa-sm8qm
@DawitHordofa-sm8qm Ай бұрын
Wow waaqayyoo bara keessani haa eebbisuu
@Taaddee
@Taaddee 3 ай бұрын
Ayyuu Qaxalee namaa & F/Amoo waaqayyoo ayyaana isaa keessa barabaraan isin haa jiraachisu isin jaallanna
@user-ri7jo3uo6j
@user-ri7jo3uo6j 3 ай бұрын
Eebbifamaa isin lamaanuu ani faarfannaa Ayyaanaa beekaa isa garuu reefuun argee. Bara kee guutuun mana abbaa kee keessaa siif yaa ta'u.
@user-ve5wc8lo1q
@user-ve5wc8lo1q 2 ай бұрын
Waqqayyoo ol waqqara isn haa ebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤ani farffanna obbolla koo kana bayyeen jaladha
@atijennanmaaltu315
@atijennanmaaltu315 2 ай бұрын
Waqayyoo si ha eebbisuu ❤❤❤❤❤❤❤
@HGjk-w5c
@HGjk-w5c 18 күн бұрын
Waqayyoo, goftaan sii ebbisuu
@FaantuuAbabba
@FaantuuAbabba 3 ай бұрын
Ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ebifamii gudaa waqayoo sihaa ebbisuu bayee namati tolaa hin qufamuu dhugaa ❤❤❤❤❤
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen waqqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii ebbifamii ebbifamii maloo farsaan kee laphee koo seene
@mamitofujairah6199
@mamitofujairah6199 8 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuufffffffffeeeeeee AMeeeeeeen ebbifamaa dachaa maatii waqayyo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@discocell5690
@discocell5690 Ай бұрын
አሜን አሜን አሜን ❤❤❤❤❤
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 3 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu ayyuu🥰🥰
@Qwerty-th4sp
@Qwerty-th4sp 3 ай бұрын
Waaqayyoo saa ebiisuu ebiifami Amaanu'el waaqayyoo inii hubaana kaan sii latee haa ulfaatuu
@Aster-dj6dv
@Aster-dj6dv 3 ай бұрын
Uuuufffeee waqayyoo Bardfield jirenyaa kessan haa ebisuu😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢
@lattuutube
@lattuutube 2 ай бұрын
Ebbifamii ayyanaa 🎉
@dawitwakenekabata282
@dawitwakenekabata282 8 ай бұрын
Wow ebbiifamii ayyoo Bayyee sijallaadha, church keenya yaadadha farfannaa fanniifamu jedhuu kanaa gaafa farfattuu.
@israelgalaxy4419
@israelgalaxy4419 8 ай бұрын
Wow Ayyuu koo baay'ee si jaallana waaqayyoo sii ebbifamuu nati tola dhugaa baay'een jalladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@abeederese1753
@abeederese1753 3 ай бұрын
Ebbiifamaa maqa yesusiin ebbiifamaa ❤❤❤❤❤❤❤
@NegaseTeshome
@NegaseTeshome 3 ай бұрын
Wwwwwwoo ani haar aani dhagahee faarfanna kee Ayyaana siii ebbisuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-fw6gy5ok5t
@user-fw6gy5ok5t 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifami Eebbifami ❤❤❤
@DawitDagafu
@DawitDagafu 2 ай бұрын
Bayyee gaalatomii Doni media
@Asha-tt6xn
@Asha-tt6xn Ай бұрын
Ayoo baay'ee si jalanna hadhoo keenya ❤
@user-xh6ut1ri6w
@user-xh6ut1ri6w 3 ай бұрын
Ufeeeeeeeeeee ebifamii waqayyoo barakeee jirenyaa kee haa ebisuu farsaa garaa waqayyottii nama wamatuu dhaa hafurii qulqulluun kanaraa callaa sirraattii haa dhangala.uu ebbiifamii farfataa kenyaa
@hindibnegerba6782
@hindibnegerba6782 8 ай бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisu❤❤
@BirtTe
@BirtTe 2 ай бұрын
Ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@BontuBontu-tw1gg
@BontuBontu-tw1gg 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ebbifamii 🙏🙏🙏🙏
@biqiletube3130
@biqiletube3130 8 ай бұрын
Ebbiifamaa amoo & faar. Ayyuu nuuf jiraadha bayya'ee namatii toltuu jabaadha ♥️♥️🙏🏾
@Megertu-st6te
@Megertu-st6te 2 ай бұрын
Faarfataa baay'ee jaallatamaa Ammayyuu eebbaaf ta'i.
@AbonaAbedja
@AbonaAbedja 3 ай бұрын
Eebbifamii dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@matebee9665
@matebee9665 3 ай бұрын
Uuuuuuuuuuufffffffeee kaa yesus si ha ebisuu ebifamii ❤❤❤❤
@gfyrgrhgrhrhrh2398
@gfyrgrhgrhrhrh2398 4 ай бұрын
❤❤❤waqqayyo si haa ebisuu
@tulluunagaa
@tulluunagaa 8 ай бұрын
ayyuuu and amoo eebbifamaa baayyee isin jaallanna.
@rababa-jr8wf
@rababa-jr8wf 2 ай бұрын
Ebbifama Ayo & Amo
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 8 ай бұрын
Ebifama ebifama dacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@lamifikadu8363
@lamifikadu8363 8 ай бұрын
Wow nama ajaaibaati anillee naman baayye jaalladhuudha 💚💚💚💚Ebbifamii🙏
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 3 ай бұрын
Amoko nuuf eebbifami🥰🥰
@Qananii12345
@Qananii12345 4 ай бұрын
Ameeeen Ameeeen dachaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa ❤❤❤❤❤❤❤
@misomisoo451
@misomisoo451 6 ай бұрын
Eebbiifamii namaa waqayyoo ❤❤❤❤baay,ee namatti tolaa farfannaniin kee💪💪💪💪🙌🙌💯🤲🤲🙇🙇🎓🎓🎓
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 8 ай бұрын
Uuuuuuuuuffffffeeeee waaqayyo guddaa isin haa eebbisu eebbifamtoota ijoollee gooftaa amoo qaxalee keenyaa liinkii you tube ayyuu as jala utuu gootee gaariidha dhaloonni search godhanii argachuu hin dandeenye hedduutu jira nuuf jiraadhaa yesus ni dhufa ameeeeen HAALELUYAA
@user-cx1tc5oq3i
@user-cx1tc5oq3i 6 ай бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen eebbifama dachadhan Amoo❤❤❤❤🙌👏👏🙏🙏🙏💯♥️🫶
@vkvjvivhcjvj8241
@vkvjvivhcjvj8241 Ай бұрын
Ameeen Ameeen ebifamii ebifamii
@WABITUBEno
@WABITUBEno 7 ай бұрын
Ammmeeeen uuuff ebifamaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@ameenam7227
@ameenam7227 8 ай бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifaama 🙏🙏🙏🥰🥰🥰
@DaniAlrousan
@DaniAlrousan 3 ай бұрын
❤❤❤
@metiteshooma8119
@metiteshooma8119 8 ай бұрын
Woow ebbifama ayyaani gooftaa sinifaa baayatuu kanumaa caalaati❤❤❤❤❤❤
@GospelsongwriterGOLONDI
@GospelsongwriterGOLONDI 3 ай бұрын
Ebbbifami, it's really torching the door is open for you to sing to the world 🌎 in Jesus name.
@thelegesse2544
@thelegesse2544 4 ай бұрын
Eebbifamii dachaa
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 8 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢uffee farfannaa dhageeffatamee hin quufamnedha dhugaa uffee gidirfamuun kee gara laafessa koo 😭😭😭😭😭
@user-hj2tm1cr1p
@user-hj2tm1cr1p 8 ай бұрын
Dhugaa dubbachuf dibbata nama kanarra jiruu bayee bayeen waaqayyon nan galatefadhaa ebbifama amo and ayyana ebbifama ammayuu ganadha ❤❤
@gggttgy3643
@gggttgy3643 3 ай бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeen 🙏🏻
@TigitiGadaffa
@TigitiGadaffa 3 ай бұрын
Ebbifami Ebbifami Dacha dacha Ayyani waqayyo sif habayatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mucaawaqayyoo9894
@mucaawaqayyoo9894 8 ай бұрын
Ijoolee waqayyoo ebbifama dachaa
@muletatakela2984
@muletatakela2984 3 ай бұрын
Eebbifama. Kanaan caalatti ayyaanni waaqayyoo isiniif haa baayy'atu.❤❤❤
@user-nx1xg7rt8j
@user-nx1xg7rt8j 8 ай бұрын
Namaa eebbaa ebifamaa
@ternashfufa847
@ternashfufa847 8 ай бұрын
Ameeeeeen 🙏 🙏 🙏 🙏
@DessaleLemi-pg3un
@DessaleLemi-pg3un 3 ай бұрын
Ameen 🙏
@user-jj8pe4qd9f
@user-jj8pe4qd9f 8 ай бұрын
❤❤❤❤❤ Eebifaama koo
@user-kj1zu8bz9q
@user-kj1zu8bz9q 2 ай бұрын
Ameeen,❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@lenseragasa2327
@lenseragasa2327 8 ай бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa 🙏
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 2 ай бұрын
Galaatomii hadhokoo gorsiikee yokiin dhamsi kee gariidha waqqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii dhugaa
@BetamuTakkala-jn6io
@BetamuTakkala-jn6io Ай бұрын
Amoo fi Ayoo nuuf jiraadhaaaaaa
@matebee9665
@matebee9665 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa akasii konoo farfanaa jechunii🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Ganet-ql3fp
@Ganet-ql3fp 3 ай бұрын
Uuuuuufff Ammee Ammee Ammee Ammee Ammee Ammee Ammee Ammee Ammee mee Ammee Ammee Ammee 🤲🤲🤲🤲🤲💯💯🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@asterdabala4407
@asterdabala4407 3 ай бұрын
Ebbifami Ebbifami Ebbifami Ebbifami Ebbifami 🤚🏾🤚🏾☝🏾🤲🏾🤲🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾💞🌅
@user-vv7ng5tn6d
@user-vv7ng5tn6d 8 ай бұрын
😂Ebbifami bro.waaqayyoo sii haa ebbiisuu
@HawwiiBilisummaa
@HawwiiBilisummaa 4 ай бұрын
❤❤❤❤AmeenAmeen 🙏🙏🙏
@MarizaHusain
@MarizaHusain 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤Aaaameeen 🎉🎉🎉🎉Aaaameeen 🎉🎉🎉🎉🎉
@tsehayatomsa5913
@tsehayatomsa5913 4 ай бұрын
Eebbfaammi Aayyaana Aayyaani waaqaayyoo Siiwaaliinn jirraa Eebbfaammi Amen ,Haaleeluyyaa🙏
@user-rp7ef2cl2z
@user-rp7ef2cl2z 6 ай бұрын
Ameeen Ameeen Ebifama Ebifama
@helen-wu8fb
@helen-wu8fb 7 ай бұрын
Waaqayyoo sin haa Ebisuu
@user-vi6ps3fe2q
@user-vi6ps3fe2q 8 ай бұрын
Ammeen ammeen ammeen ❤❤❤❤❤❤❤❤
@meseretalemu1693
@meseretalemu1693 3 ай бұрын
Waaqayyoo sii haa ebbisuu dhugaa farfaanaa baayee nama ebisuutu isaa irraa jiraa Waaqayyoo kana caalaa ayaanaa isaan sii haa golboobu ❤❤❤ Obbolesa keenyaa amanuel sifis ayaanii Waaqayyoo sif haa baayatuu hojii baayee gaarii ta'ee hojechaa jirtaa.nuf jiradhaa ❤❤❤❤❤gaalatomaa
@user-di2xe6io6o
@user-di2xe6io6o 7 ай бұрын
❤❤❤Ayyuu ❤❤
@user-xp2fc4qr5i
@user-xp2fc4qr5i 13 күн бұрын
Eebbifami Amokenya
@MehdiAbbas-xr9ve
@MehdiAbbas-xr9ve 3 ай бұрын
Uuuuuffff Ammeen Ammeen 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@almassalalmass3809
@almassalalmass3809 7 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa ebbifamaa 🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐📖📖
@user-go8dp1hu4q
@user-go8dp1hu4q 3 ай бұрын
Ameeeen ebiifaa
@zxczxc3083
@zxczxc3083 7 ай бұрын
Ufeee uttu gargaramee maal ta'a 😢waqayooo sii ebbisuu jabadhuu
@bonymuluna7223
@bonymuluna7223 8 ай бұрын
❤ thanks eebbifama guddasa amof. Ayyoon
@NegaseTeshome
@NegaseTeshome 3 ай бұрын
🙌🙌🙌🙌
@user-mc3xs4cd5l
@user-mc3xs4cd5l 8 ай бұрын
Ammeen ammeen ammeen ebbifaami uuuuuuffff 😢 namati tolaa dachaa si haa ebbisuu waqayyoo
@user-vi6ps3fe2q
@user-vi6ps3fe2q 8 ай бұрын
Dhugaa bayee namati tolaa waqayo sin haa ebisuu ayanaa isaa isinif haa bayisuu❤❤❤❤
@uae9056
@uae9056 6 ай бұрын
Ameeeeen 🙏 ebbifami ❤❤❤❤❤
@adugnanegesaterefaofficial6994
@adugnanegesaterefaofficial6994 7 ай бұрын
Amookoo❤❤❤ Ayyuu ❤❤❤
@user-gq3np4nf8b
@user-gq3np4nf8b 8 ай бұрын
Ameeeen Ameeeeen
@RobeTakele
@RobeTakele 3 ай бұрын
AyuufiAmoo farfaanan keessan hamma mootumma kiristoositti nuf haa ta'uu
kenni hin sif kennama//prank Aja'iba
16:12
DOONII MEDIA
Рет қаралды 31 М.
" Waaqayyoo Akaanuman Najalate " kutaa tokkoffaa
27:59
Elshaddai Television Network Official
Рет қаралды 1,9 М.
managed to catch #tiktok
00:16
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 44 МЛН
SPONGEBOB POWER-UPS IN BRAWL STARS!!!
08:35
Brawl Stars
Рет қаралды 15 МЛН
Алексей Щербаков разнес ВДВшников
00:47
GARGAR HIN BAANU: SINGER AMANUEL GADISA (OFFICIAL VIDEO)
6:52
DOONII MEDIA
Рет қаралды 173 М.
Yeroo jaalalaa 'Sagalee kee utuu hin dhagahiin yoo bule irribni na hin qabu jetti ture'.
25:49
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 112 М.
Dubbii Aja'ibaa Jabduu#Faarfataa Daawwit Caalaa Kenne jira.
37:12
DOONII MEDIA
Рет қаралды 13 М.
Humna koo Utuu Beektuu na Waamte  Jaallattee
20:41
Dhuga-Baatuu Kiristoos
Рет қаралды 2,8 М.
KAN KEE TA'UU KOOFAN BOONA||SINGER AYANA KABADA ==NEW GOSPEL SONG
7:17
Ayana Kabada Official Tube
Рет қаралды 8 М.
BASHKADAA EPISODE 19 - SIIF HAA DHIISU - SHIIBIRREE TUBE
15:32
SHIIBIRREE TUBE
Рет қаралды 122 М.
Haala ulfaata keessan jira jedha Obsaan
11:11
DOONII MEDIA
Рет қаралды 4,5 М.
# Yeroo Jaalalaa OBN    'Gaafa Networkiin badu waliinan bada jette'
22:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 34 М.
managed to catch #tiktok
00:16
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 44 МЛН