Barattoota Ciccimoo waliin Turtii - Ifa Boruu mana baruumsa Bultii Addaa Oromiyaa

  Рет қаралды 12,584

Roras Tube

Roras Tube

Жыл бұрын

Barattoota Abdii hegeree Oromoo fi Afrikaa guutuu jijjiiruu dandahan isin daawwachiisna. Barattoota keenya kana jajjabeeysuu qabna.
#rorastube subscribe like share godhaa

Пікірлер: 44
@ibsaaliyi2418
@ibsaaliyi2418 Жыл бұрын
Jabadhu waan baruumsa ta'uu uummataaf dabarsaa jirta
@ahmedmohammed-ue9lc
@ahmedmohammed-ue9lc Жыл бұрын
Rotas kiyya jabaadhu gooroo guuutu dhaqi karra millee
@orooda1372
@orooda1372 Жыл бұрын
Maatii roras hundi kessanuu maatii naaf ta'aa na guddisaa rabbiif jecha
@orooda1372
@orooda1372 Жыл бұрын
Wow namaatti tola maatii roras hundi kessanuu maatii naaf ta'aa na guddisaa rabbiif jecha
@mustewood
@mustewood Жыл бұрын
Maatii naaf tahi pls pls
@dachutube
@dachutube Жыл бұрын
Amiir Ahammaddin Nuti HARAMAYA UNIVERSITY SPECIAL NON-BOARDING SECONDARY SCHOOL Koottu ykn Barattoota special kan Haramaya university kan moodel osoo hin tain stadiuma haariya koottu with sorry We love ❤️ you Roras tube!!!!!
@fayyetube192
@fayyetube192 Жыл бұрын
Amir Ahammaddin si eegna
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 Жыл бұрын
Mashaa allaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa jabadhuu waan ofiii
@muhedinali4222
@muhedinali4222 Жыл бұрын
wow heddu namatti tola amiro
@mullataaamiin1626
@mullataaamiin1626 Жыл бұрын
Maashaa allah Maashaa allah
@aneeqasiim3886
@aneeqasiim3886 Жыл бұрын
Roras akamiii
@yassinmahammad5073
@yassinmahammad5073 Жыл бұрын
I'm hard student education of social science but fall has Dr abiy bakka isaa bu'uu n Koo hin oolamu isaan qofa miti Anis cimaadha ❤️❤️❤️❤️👍👍👍ati amiir garuu sinjaaladha/nna kana dalaguu keetiif
@ahmedyassin5667
@ahmedyassin5667 Жыл бұрын
Welcome Kuno Ama Argate dhuga jirtu umata ke bira dhabadha jabadhuu💕💕💕💕💕
@AleeVine
@AleeVine Жыл бұрын
Baga Naghaan dhuftee very nice
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
@mohammedabdela5756
@mohammedabdela5756 Жыл бұрын
Amir Sho go forward
@obsaadiinoo8259
@obsaadiinoo8259 Жыл бұрын
Guyya tokko deebitee silaa nu bashannansiiftee rooraas sijaalannaa akka gaaritti
@RiyoApp
@RiyoApp Жыл бұрын
Nama Asiin gadi qabee maatii Tahe hunda Rabbiin haa milkeeysuu
@hddrgrbr5548
@hddrgrbr5548 Жыл бұрын
Masha allaha jabadhu hujii gaaritti jirta asumaanu qophi gorsa sheekoota fi seena akka nuuf dhiyesitu addan hin kutina itti fufa
@obsaadiinoo8259
@obsaadiinoo8259 Жыл бұрын
Sibira dhaqqabee obboo roraas ergaan kiyya
@nasradinshamshadin4859
@nasradinshamshadin4859 Жыл бұрын
Roras baga joollee teenya dubbiftee.
@nanibushra2570
@nanibushra2570 Жыл бұрын
Roras Mataa dhiiraa
@leencaabdi6342
@leencaabdi6342 Жыл бұрын
Jabaadhu itti fufii sin jedha!
@fatiiahmad2430
@fatiiahmad2430 Жыл бұрын
Maasha allaah jabaadhu itti fufi Baabbile hin dhuftuu
@falmataaroorroo2147
@falmataaroorroo2147 Жыл бұрын
Goog job..!!
@Diredawacity0
@Diredawacity0 Жыл бұрын
Jolee dire dawa😎😁✌️✌️
@hdks432
@hdks432 Жыл бұрын
Mashaa Allaaha Jabadhaa ❤ ♥
@lensamahmmadadame9057
@lensamahmmadadame9057 Жыл бұрын
Masha Alha
@aal3640
@aal3640 Жыл бұрын
MaashaAllah wowowo ❤️❤️❤️
@anasmohammed597
@anasmohammed597 Жыл бұрын
are you fine.go forward with program like this
@shumixalilo
@shumixalilo Жыл бұрын
Ati Amiir Amaddin Haramaya university special non-boarding koottu Barattota adda kan bultii hin tain please koootttu Roras tube with sorry
@MahbubTube-dg5lc
@MahbubTube-dg5lc 10 ай бұрын
❤❤❤
@taajirahamanur8240
@taajirahamanur8240 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@roobsanbadrii2718
@roobsanbadrii2718 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@anasmohammed597
@anasmohammed597 Жыл бұрын
are fine
@aadaashow7813
@aadaashow7813 Жыл бұрын
Mati sif tee naf tahi attis sabba koo sher naf godhii foon koo wal haa gudifnu issin jeechu barban wari ass jalatii argitan hundinu
@user-qj1zs4nz6i
@user-qj1zs4nz6i 11 ай бұрын
anile fatanamuf egutin jira du'ayi naaf godha
@hajiimohammed2430
@hajiimohammed2430 Жыл бұрын
Subscrbs gone likes gonee Follow gonee. Mee wanumaa fetehuu himadhuu ni jiraa
@caayaatube5505
@caayaatube5505 Жыл бұрын
Rore ko
@obsamusa4196
@obsamusa4196 Жыл бұрын
awoo dademii unversitii haramayaas koo
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@famicala8188
@famicala8188 Жыл бұрын
Roras.akam.nagayaa
@mustewood
@mustewood Жыл бұрын
Maatii naaf tahi
@mustewood
@mustewood Жыл бұрын
Waw Waw kkkkkk subscribe godhaa
Feestivaala fi Agarsiisa Manneen Barnootaa
3:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 2,1 М.
路飞被小孩吓到了#海贼王#路飞
00:41
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 82 МЛН
HAPPY BIRTHDAY @mozabrick 🎉 #cat #funny
00:36
SOFIADELMONSTRO
Рет қаралды 18 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
00:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 15 МЛН
Yeroo maatii; 'Namni mul'ata qabu fageessee arga'
32:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 3,4 М.
Imala Magaalaa Dire Dawa irra karaa Aanaa Dadar | kutaa 1ffaa
13:19
Waraabeeysi Harar Nanyaate Ka’e !
24:06
Roras Tube
Рет қаралды 68 М.
Mana Barumsa Bultii Addaa Ambootti Barattoota Afaan Chaayinaa dubbatan
5:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 25 М.
Morkataa | Comedy | Diraamaa Afaan Oromoo | Roras Tube - 2023
15:11
Mana barnoota bultii addaa Ifa Boruu dodola
4:41
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 6 М.
Would you recognize your soul mate by smell?
0:14
Den Done It
Рет қаралды 4,6 МЛН
The thieves pulled a prank on the Policeman ! 😬👮🤣
0:38
BOGDANCHIKI
Рет қаралды 12 МЛН
Курение вредит здоровью
0:28
ЮРИЧ
Рет қаралды 4,2 МЛН
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
0:35
Mr DegrEE
Рет қаралды 8 МЛН