Bareentoo Abdallaa fi Iftuu Bareentoo - Aayyoo Tiyya - Ethiopian Oromo Music 2021 [Official Video]

  Рет қаралды 1,008,909

Golden Records Worldwide

Golden Records Worldwide

3 жыл бұрын

GEM Tv :- Bareentoo Abdallaa fi Iftuu Bareentoo - Aayyoo Tiyya - Ethiopian Oromo Music 2021 [Official Video]
Check Out New Ethiopian Music Videos by Golden Ethio Music.
Subscribe GEM:- / goldenethiomusic
Facebook:- / golden-entertainment-2... Telegram:- t.me/goldenent Instagram:- / official_golden_ethio_...
#GoldenEthioMusic #EthiopianMusic #GoldenMusic
Subscribe Today and Get All Your Favorite Music.
Any unauthorized use, copying or re upload of this content is strictly prohibited.
Copyright ©2021 Golden Entertainment.

Пікірлер: 707
@nafrobtakele5847
@nafrobtakele5847 Жыл бұрын
dhugaadhumaan rakkina ilmaan oromoo keessa jirtu sirba ibsitudha!!!! GREAT RESPECT
@yasinmusa9873
@yasinmusa9873 3 жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf sirbi kun dhugaa haadholiifi ijoolleen Oromoo keessa jiran artiin mul'suu keessatti qooda guddaa taphata jedheetin amana. Jabaadhaa!!dhugaan Oromootis gaaftokko numa galti akkanaan hin haftu.
@wallaaggaakowallaaggaako4902
@wallaaggaakowallaaggaako4902 3 жыл бұрын
naqaamte gagisisaa oroo ko
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 3 жыл бұрын
🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@masaratbirruu7879
@masaratbirruu7879 3 жыл бұрын
ko dug
@teyooromos9972
@teyooromos9972 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤
@haayatiarsiimunesaahaayati2434
@haayatiarsiimunesaahaayati2434 3 жыл бұрын
Dhugaa jetee wolaayii
@senaaoromo1936
@senaaoromo1936 3 жыл бұрын
Sirbaa kunii 100/100 madaa kene 😭😭
@DhagoolBali
@DhagoolBali Ай бұрын
😅😮😂❤❤❤❤😊😅❤
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 жыл бұрын
Waqqayyo imimaana keenya lafatti hin gatiin 😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 3 жыл бұрын
😥😥😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅👈
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 3 жыл бұрын
😥😥😥😥🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🙏
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 жыл бұрын
wayo wayo amiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiin 😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuuuuufffffffff
@OROOfficial11
@OROOfficial11 2 жыл бұрын
@@zainabtzainab8839 Mati naf tahi
@lencojamal8098
@lencojamal8098 2 жыл бұрын
q2q1111111111111k111
@haayatiarsiimunesaahaayati2434
@haayatiarsiimunesaahaayati2434 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffff yaa Harmee too ambshiir guyyaa tokko imaa nuuf iftii waah akaantii hin haftuu abdii rabbiitin ☝️😭😭😭😭😭😭😭
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufff yaa jiruu ilmaan Oromoo 😍😍😍😢😢😢😢
@procell6158
@procell6158 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔
@kiyayemam658
@kiyayemam658 3 жыл бұрын
Dukkanaa booda ifatuu jiraa insha'Allah qomookoo sirbii kun na bochise💔💔😭😭😭😭
@ferdosamohammedisoromofirs9517
@ferdosamohammedisoromofirs9517 3 жыл бұрын
Gara naa bade uuuuuuuuuuuf yaa oromo tiya insha Allah numa bilisomta😭😭😭😭😭
@hachehunde9599
@hachehunde9599 3 жыл бұрын
Dhuguma dubbachuuf weelluun kun waan haadholii fi ilmaan Oromoo keessa turree fi amma keessa jiru sirriitti ibsa. Umrii dheeradhaa, hojiin keessan itti haa fufu qomoowwankoo!!!
@adiyanajib7192
@adiyanajib7192 2 жыл бұрын
Dhuguma dubbachuuf weelluun Kunis waanhadhooliif ilana oromo keessa toured itii naf duraa tumtii dheerdhaa💯💯💗😭💗❤😭😭😭🙋‍♂️
@aliyealiye1902
@aliyealiye1902 3 жыл бұрын
Wana qalibi nama Cabasuu kuni dhugaa kanuma jiruu 😢😢😭😭
@nasraabdilaahi348
@nasraabdilaahi348 3 жыл бұрын
Sin bonaa sanyii hacee koo😭😭😭😭☝️☝️☝️
@amanwote9126
@amanwote9126 3 жыл бұрын
Galaatooma
@kenzekamal8556
@kenzekamal8556 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@barijamal7499
@barijamal7499 4 ай бұрын
kbob l lninJfor go g fi fbgogbgof ofbrirbgorbfirbri2bbif
@user-hc2nw3lk2y
@user-hc2nw3lk2y 4 ай бұрын
جاهزة لرمضان؟🌙اكتشفي كوليكشن بوهو واستمتعي بخصومات رمضان! تسوقي ستايلات كاجوال ورسمية وفساتين وبلايز وتنانير وأحذية وإكسسوارات تكمل اللوك!
@husenilmaweday6476
@husenilmaweday6476 3 жыл бұрын
hedduu garaa nama nyaata !! imimmaan bara-baraa kana Rabbi nurraa haa dhaabu.
@rozaaden3088
@rozaaden3088 3 жыл бұрын
Dhugaa dubachufi sirba kuni bay'ee namati tolaa bay'ee gara nama nyata 😭😭😭😭😭😭😭
@sameeramohamad4612
@sameeramohamad4612 Жыл бұрын
Uuuuuu yaa Rabbiikoo 😭😭 muziqaan kun anumaaf bahe ani rakkoo kanaan qaba
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Ahaaaaaa maalo imimman ijaa na fixan peji guddarrati beksisaa maalo yaadin najasha galagoomi omn biraan nuuf gahee yaa irrati gadi dhisanj 😭😭😭😭😭😭oromoo ibsa sirbi isaa wayoo hacee faaaaaaaa
@xayibaasanyjawarmohamdxayi1345
@xayibaasanyjawarmohamdxayi1345 3 жыл бұрын
Wolhi imimani qabchuu dadhabee ani muziqaa hin dhagefadhuu Woyi caraa ormooni to qabduu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️💚💚💚 Dhugaa rabbi like godhaa Namni akkaa koo gubaa garaa qabdani Oromo 😭😭🙏🙏🙏
@juneydiseyfudin
@juneydiseyfudin Жыл бұрын
Jjj
@deenvoice
@deenvoice 3 жыл бұрын
I’m just crying! Rabbi Bilisa nu haa baasu!
@adabaasii1867
@adabaasii1867 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
@sanyiijawee6273
@sanyiijawee6273 3 жыл бұрын
Uuuu uuuuuuufi yaa Rabbii koo atii biraa jiraduu kaa hayootaa oromoo hunduun akasuumi hadhaa tenaa ta, aalee immaan isssii kuun bayee garaa namaa dasaa yaa Rabbii dhugaa oromoo basiin kaa ☝️☝️💔💔
@jenigamada4794
@jenigamada4794 3 жыл бұрын
Jirenyaa kiyya naa yaadachise sirbii kun 😭😭😭
@randomgab4358
@randomgab4358 3 жыл бұрын
Way harme too 😭😭jabadha rabbiin nuf ha awatuu lammi kooo
@milkesinaaf8637
@milkesinaaf8637 3 жыл бұрын
❤❤❤❤😭😭 jabadha oromoo koo hin dabartii hin Billisomnaa
@idilyoussoufdideh1091
@idilyoussoufdideh1091 Ай бұрын
@idilyoussoufdideh1091
@idilyoussoufdideh1091 Ай бұрын
❤8
@abdurree
@abdurree 3 жыл бұрын
Waan hedduu qalbii nama tuqaati Jabaadha sanyiikoo
@hawiishawaa648
@hawiishawaa648 3 жыл бұрын
Uuuuuufffff sirbii kun baayy'ee garaa nama rasaa 😭😭😭😭😭🙏🙏
@anasanyiihaceesanyiinadhii3781
@anasanyiihaceesanyiinadhii3781 2 жыл бұрын
Yaa oromo koo mee dhagessan calisuu osoo hin ta'ee fkn akka hace kan kayyoof mana bahee achiin hafee sanii lalaa tokkumaa jabeesa maloo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@faridafarida6422
@faridafarida6422 3 жыл бұрын
Aaaaaaa😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa oromoo koo rabin sif haa birnatuu
@fdscxz1332
@fdscxz1332 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
@mimishekediir1028
@mimishekediir1028 3 жыл бұрын
Wowwwwww bay'ee namati tola jabadhu lammii kiyyaa nuuf jiradhu sirbaa kee qalbii nama tuqa 😭😭😭
@caaltuulijtewaahidoo9452
@caaltuulijtewaahidoo9452 3 жыл бұрын
Dhugaa bayee nama gadisisaa seenaa abbaa koo yadadee abbaa keenyaa barraa dagii dulaa demee acitii rukutamee galee gisee sanii addaa tenyaa namonii qeqanii maloo yaa rabbii koo oromoo koo wayyoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abdiirabbii-pm1gy
@abdiirabbii-pm1gy Ай бұрын
waan heedu qaalbi nama tuqaa❤❤❤❤❤❤❤
@user-dh7iu8ed3j
@user-dh7iu8ed3j 5 ай бұрын
Oromoo koo jabadhu gotta kiyya
@samsom7679
@samsom7679 3 жыл бұрын
Uuuuffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔wayi Carraa keenya 😭😭😭😭😭
@dimahdimah7000
@dimahdimah7000 3 жыл бұрын
Uuuufiiii Garraa Nama Nyataa 😥😥😥
@SalowOmar
@SalowOmar 2 күн бұрын
Aayyoo tiyya😭😭😭😭😭
@uaeme7388
@uaeme7388 3 жыл бұрын
dukana bodaa ifaa Hawwiinaa yoo rabbi koo jedhee inshaa Allah wanti fedhee fedhi rabbi malee hin tahuu Alahamadulilaha 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@asentigudisaa4580
@asentigudisaa4580 3 жыл бұрын
Qeerroo jabadhuu ❤💚❤💛💛💛💛💛🐅🐅🐅🐆🐆🐆🐆💪💪💪💪
@oromoarsiitayaa6801
@oromoarsiitayaa6801 3 жыл бұрын
Oromo jawwee nati fakate yaarabi 😭😭😭💔💔💔
@SumayyaaAdam
@SumayyaaAdam 3 ай бұрын
Abashr Rabii
@rihanaasanyiijawarmohamaad1795
@rihanaasanyiijawarmohamaad1795 3 жыл бұрын
yaa rabbii kiyyaa atii imimaan kenaa lafaa hin bulesiin😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 жыл бұрын
uuuuuuuufffffff😭😭😭😭😭😭😭😭
@SaraSara-yy9jo
@SaraSara-yy9jo 3 жыл бұрын
Jabadhaa oromookoo 😭😭😭💔
@hayatitunee1175
@hayatitunee1175 2 жыл бұрын
Orom kooo
@mormortube5459
@mormortube5459 3 жыл бұрын
Gachanni roorroo Abbaan kiyya eessa jira
@IftukmlamnAmn
@IftukmlamnAmn 2 ай бұрын
Kayoon tessani haa milkoftuu hadhoo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zizuarsishashe5117
@zizuarsishashe5117 3 жыл бұрын
Uuuuufiw😭😭😭😭madaa oromo hundatii yaa Rabbi 😭😭😭😭😭
@zakiraatube182
@zakiraatube182 3 жыл бұрын
Abshiir hinumaa bilisomnaa Oromo koo 😭😭😭😭😭😭
@raadiyaoff7018
@raadiyaoff7018 3 жыл бұрын
Uuuuuuufff waanuma lammii keenya keessa jirtu tanuma 😭😭😭😭😭
@beshaagetachow2321
@beshaagetachow2321 3 жыл бұрын
Jabadhuu botaan nabochii fitan
@mominasuleyema1673
@mominasuleyema1673 3 жыл бұрын
Ufffffff bayee gara namaa balesssa
@rozaabee195
@rozaabee195 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffffff yaa rabbii bilisumaa nuu fidii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@tulamaranidadiwalloo5457
@tulamaranidadiwalloo5457 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@snaapsnaap4317
@snaapsnaap4317 3 жыл бұрын
Wayoo caara oromo 💪💪❤❤
@zainabmohammed9020
@zainabmohammed9020 3 жыл бұрын
Abbaa ke yoo du'eef kan jennataa yoo jiraateef nagaan siif hadeebisu abshiir
@moudhimoudhi9222
@moudhimoudhi9222 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
@kuchakucha2843
@kuchakucha2843 3 жыл бұрын
Jechii ani ittiin ibsuu hin jiruu!
@rosadaffar9599
@rosadaffar9599 3 жыл бұрын
Wayyo Caaraa keenyaa yaa waqqayyo imimanii keenya laftii hin gaatin mee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️
@itsmenani8285
@itsmenani8285 3 жыл бұрын
አብሽሩ ኦሮሞኮ ከጭለማ ቡሃላ ብርሃን ነው እንሻአላህ☝️ ወላሂ እምባየን መቆጠጣር አልቻልኩም😭
@khadijakinia9034
@khadijakinia9034 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@kedijanuro7733
@kedijanuro7733 3 жыл бұрын
Jabaadhaa dhageeffadhee quufuu dadhabe lammii koo nuuf jiraadha ❤💚❤
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 2 жыл бұрын
🤲😭😭😭😭😭🤲😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sabbontuuoromoo8581
@sabbontuuoromoo8581 3 жыл бұрын
Uuuuufff yaa lammii rabbii isiini biraa haa dhabatu ❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Foziyahuseen-uv3de
@Foziyahuseen-uv3de 15 күн бұрын
Uuuuuuff harmee abshiri guyyaa tokko imaa kessa banaa😢😢😢😢😢😢😢
@FatimaFatima-ty2sb
@FatimaFatima-ty2sb 2 ай бұрын
BABAKOO 😭😭😭😭😭😭
@pplk8716
@pplk8716 3 жыл бұрын
sirbaa caqasee qufuu dadhabee👂👂👂👂👍👍👍👍
@dursiituucalanqotube3186
@dursiituucalanqotube3186 3 жыл бұрын
Wayii garan naa badee 😭😭😭😭
@azizaatiyaa4736
@azizaatiyaa4736 3 жыл бұрын
Ahaa yaa Garaa kenyaa hangaa yomii gubataa jiran Yaa Rabii Attii nuu laalii😭😭😭😭
@Mahamedyuusuf-w7e
@Mahamedyuusuf-w7e 8 күн бұрын
Wayii anha nayyntuu
@yesrebatahir5615
@yesrebatahir5615 3 жыл бұрын
Meeqatu garaa isaa madaa kan akkana warrii qabsoo oromoof jettani maatii kessaani fafaacani bilisuumma oromoo ha ta'u😭😭😭😭
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132 3 жыл бұрын
Yaa rabbii Bilisummaa nuf kanii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abitube3078
@abitube3078 3 жыл бұрын
ምንድነው እሚሉት ግን ኮመንቶች አለቀሳቹህ አይትርጉም አለማወቅ ስለናት ነውመስል እሚዘፍኒት እናታለምዘላለም ኑሩልን
@user-iw9bl8oo3e
@user-iw9bl8oo3e 3 жыл бұрын
ቪዲዮውን እይው ይግባሻ አባት ጦርነት ሄዶ ቀርቷል ልጁ ሲጫወት ከንዱ ልጅ ጋር ተጣሉ ያንኛው እቤት ገብቶ ለአባቱ ተናገረ አባቱ መጣና ለልጁ አብሮ አባት የለለውን ልጅ መታው አባት የለለውን ልጅ እቤት ገብቶ እናቱን የት ነው አባቴ ይላታል
@mimishekediir1028
@mimishekediir1028 3 жыл бұрын
Abshir lammii koo kaasiti hin haanu
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 10 ай бұрын
😢😢😢😢😢 abshir gola hundaa kenyaa jira rakkoon 😢
@AishaAdan-zc7cr
@AishaAdan-zc7cr Ай бұрын
Nuuma bilissonna innishaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamsungAs-wv8nd
@SamsungAs-wv8nd 3 жыл бұрын
Dhugaa dubatuf quqaamaa ummaata oromoota heduu ibsaa gudda galtomaa rabbii nu habillisissomisu aisha akkanti wan hin having nu dhufaa guyya billisuma 😭🤲rabbii nu ha milikeesu
@sabontuuoromoo7289
@sabontuuoromoo7289 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufff Abashirii Oromoo ko,, 😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭
@adismediaa
@adismediaa 2 жыл бұрын
Yaa oromo tiyya galman rabbin nuha geyuu
@jabajarso8674
@jabajarso8674 Жыл бұрын
Gaaffii ilma: ayyoooo Aayyo gudee Gaachana roorroo eessa jira abbaan kiyya? Deebiin haadha baay'ee gara na nyaatte
@shamilmohammed5344
@shamilmohammed5344 2 жыл бұрын
Jabaadha heddun isin jaaladha. Isin cina jirraa
@seenaakoo3034
@seenaakoo3034 3 жыл бұрын
Uuuuuuufff waayi carraa oromo😭😭😭
@obsaahirnaa3529
@obsaahirnaa3529 3 жыл бұрын
Heeduu takaa namatii tolaa jabadhuu
@makeyaaliyyi3446
@makeyaaliyyi3446 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffffuuu mali immani qabchu dadhabe jawar ko
@abdiisabaa3666
@abdiisabaa3666 3 жыл бұрын
Jabadhuu bro siwalin jira
@foziyaseid1480
@foziyaseid1480 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭abshirii rabbuma bekka kan oromoo kan 💛💛💛💛💛😭😭😭💪💪💪
@rumauae893
@rumauae893 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝☝☝☝☝❤❤❤❤❤❤❤❤
@allqua465
@allqua465 3 жыл бұрын
Yaa rabii birmadhuf yaa Allah haayota Kenya hunda naagha nuuf baasii yaa Allah 😭😭😭😭😭💔💔💔☝️
@orogold1886
@orogold1886 3 жыл бұрын
Wayyoo wayyoo wayyoo oromoo haadhakoo
@ahmadabrahim7601
@ahmadabrahim7601 3 жыл бұрын
Wayoo wayoo garaan koo na bade maal haagodhu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥺
@asnakudaba6504
@asnakudaba6504 4 ай бұрын
Art & his power
@jdhdhg8384
@jdhdhg8384 3 жыл бұрын
Wa.ee keenya yoo itti dhiisan silha namandhiisu je.e haceen 😭😭😭🙆
@jedicrentertainment5516
@jedicrentertainment5516 3 жыл бұрын
Www sahiba kiyya qalii wan bareda artidhaan agarsifte jabadhu
@user-ks9tm1rh7z
@user-ks9tm1rh7z 4 ай бұрын
Way caraa oromoo koo
@user-hc2nw3lk2y
@user-hc2nw3lk2y 4 ай бұрын
Dhugaa dubachufl sirba kuni bayee namati tolaa bay ee gara nama nyata💔💔😭😭
@takitiala169
@takitiala169 3 жыл бұрын
Inshaala nii dabartii
@sabontuuoromoo7289
@sabontuuoromoo7289 3 жыл бұрын
Garaa nama boresaa😢😢😢😢😘😘❤️💞😭😭🙏🙏🙏
@aishasayida8356
@aishasayida8356 2 жыл бұрын
Yarabii. Atumani. Umataa promo. Nufi. Bilisomsii inshalaa
@mama7207
@mama7207 3 жыл бұрын
Oddon hin yadin naà bosiftan 💔😢😢😢
@amirgill7170
@amirgill7170 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuufffffffffffff.yaa.rabbi.akkami.nama.mararaa
@mohammedzayn6066
@mohammedzayn6066 Жыл бұрын
Jabadhuu.waqayoo.sii.garagaruu
@zeytuxxx3887
@zeytuxxx3887 3 жыл бұрын
Wwwwwwww nuuf jiradha waan hedu nama yadachifatin jajabadha😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fatimafatima4430
@fatimafatima4430 3 жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwwww maashaa aalaa
@OBSA_BORU
@OBSA_BORU 3 жыл бұрын
Sabboonaa mucaadha bakkan sii haa gahuu
@sabboontuuabdulmjiid1023
@sabboontuuabdulmjiid1023 Жыл бұрын
Sennee dhugaaratii huddee 😭😭😭
@radhahasan939
@radhahasan939 3 жыл бұрын
Abakee oromiadha dhaki babadi🥰🥰✅✅💝💝💝💝
@EngineeringandConstruction
@EngineeringandConstruction 3 жыл бұрын
Hadhaa koo waa maraa koo sin jaaladhaa harmee waanin sin jijjiruun hin qabuu rabbii gaditii
@anasanyiihaceesanyiinadhii3781
@anasanyiihaceesanyiinadhii3781 2 жыл бұрын
Fkn kan hacee kan kayyoo Tade galmaan gahuf jechaa lubbu offii dhabeee😭😭😭😭😭😭😭
@bishrimohammed8833
@bishrimohammed8833 2 жыл бұрын
sirbi hedduu hedduu bareeda miira nama xuqa dhugaa jirtu bifa aartittin mul'iste jabaadhu
@rame1343
@rame1343 Жыл бұрын
Jaabadhuu 👍
@faxumaarsisanyijawarimuham8243
@faxumaarsisanyijawarimuham8243 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuf 😭😭😭😭😭😭
@saragifte6293
@saragifte6293 3 жыл бұрын
☝️☝️🤲🤲
@omaraliomer679
@omaraliomer679 2 жыл бұрын
Jabadhu arame oromo bilisuums dhufajijjjjj
@azizaatiyaa4736
@azizaatiyaa4736 3 жыл бұрын
Yaa Oromoo tiyaa maal sifii ta’uu Annii😭😭😭😭😭 Abishiruu Oromoo tiyaa guyyaa tokko Rabiin numaa gamachisuu
Salaam Alamaayyoo: Milkii Too ** Oromo Music 2018 New
5:18
Oromp3
Рет қаралды 3,8 МЛН
Kudhaama Aartii Kutaa 2ffaa: Weellistu Iftuu Mahammad
25:39
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 90 М.
THEY made a RAINBOW M&M 🤩😳 LeoNata family #shorts
00:49
LeoNata Family
Рет қаралды 40 МЛН
A clash of kindness and indifference #shorts
00:17
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 95 МЛН
HOW DID HE WIN? 😱
00:33
Topper Guild
Рет қаралды 48 МЛН
It’S So Fun To Wash My Son’S Hair! #funny #baby#cute  #funnybaby
00:14
Amazing Children Toys
Рет қаралды 4,4 МЛН
Yakkii koo Dachaa Sabriina Jamaal
4:38
Direwood
Рет қаралды 2,5 МЛН
Abbush  Zallaqaa   Aayyoo (Oromo Music)
6:05
Oromp3
Рет қаралды 1,5 МЛН
Iftu Mohammed - Yaa Rabbii Guddaa (Oromo Music)
5:06
Oromp3
Рет қаралды 947 М.
Awale Ciroo Abdallaa Oromo Music Shanii Keeysaa
6:04
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 186 М.
Awwalee Ciroo~Haada Jaalalaa:New Ethiopian Oromo Music 2023 Cover
5:51
Labuu Entertainment
Рет қаралды 1,7 МЛН
Iftuu Mohammed - Yaa Jaalallee - Oromo music
5:38
Askari Production
Рет қаралды 209 М.
Sabboontuu Fi Galataa Labuu - Onnee Fuute - Ethiopian Oromo Music 2022 [Official Video]
5:02
Yooman Dulloomee?
7:36
Aadaa Oromoo
Рет қаралды 825 М.
Как котики ложатся спать, до конца!
0:31
🌀 Вирусные видео
Рет қаралды 5 МЛН
Кот Оказался В ЗАПАДНЕ🙀☠️
0:38
ИССЛЕДОВАТЕЛЬ
Рет қаралды 10 МЛН
XD #xd
0:16
Zami xd mami 🤠es tu vaquera
Рет қаралды 12 МЛН
ВОТ как ЖЕНИХ выбирает СЕБЕ невесту 😱 #shorts
1:00
Лаборатория Разрушителя
Рет қаралды 1,1 МЛН