BESUFIKAD KUTAA 3FFAA: UTUUN MOOTUMMAA TA'EE,Madooshaatiinan biyya busha!!

  Рет қаралды 37,131

DIBABEMEDIA

DIBABEMEDIA

Жыл бұрын

#ijoolleeqaalii #ijoollee #ijoolleekaayyoo #ijoolleeabdiiborii #ijoolleeoromoomusic
To be our family member, visit our social media links:-
youtube / @robenasbashe
facebook profile.php?...
tiktok tiktok.com/@tiktokorosh
Enjoy with our kids drama & unique funny talent!!

Пікірлер: 310
@robenasbashe
@robenasbashe Жыл бұрын
1000065155663 Wassane Ejjeta Baankii Hojii Gamtaatii. Namoonni Mucaa kana deegaruuf Na gaafachaa turtan, lakkoofsa Baankii Haadha isaa kana fayyadamuu ni dandeessuu. Wantii isin rakkisee yoo Jiraatee , 0913637997 irràtti bilbiluu ni dandeessuu. Yeroo Gaarii! 🙏 DibabeMedia 🙏
@asadajamaal1943
@asadajamaal1943 Жыл бұрын
Biyyattiin gara allayyaatti deemaa jirti jedhe mucaan dhuguma baana🤣🤣❤️❤️❤️
@obsituutube2028
@obsituutube2028 Жыл бұрын
Amma kama dhugaa mudii sitti qabatuu egalee akkuma ijollee sobeen walin kolfa sin jedhee sana abboo mucaa damma kana♥️🥰 dibabe galatomii atis
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Mucaa afaan damma nuf guddadhuu ❤️🥰
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naf tayii❤❤🙏🙏
@alainkarwan3362
@alainkarwan3362 Жыл бұрын
Dhugaama jeedhe biyaatni haalaya seete❤❤❤❤❤👌
@cjyttt4183
@cjyttt4183 Жыл бұрын
Yaa Raabbii mucaa akka isaa naaf keenii garu maqa kana irraa jijiraa maale🥰🥰🥰🥰
@bnbnmbn918
@bnbnmbn918 Жыл бұрын
Biyyattiin hallayaa bira geette dhuguma😂😂
@ayyantukaachalii4242
@ayyantukaachalii4242 Жыл бұрын
❤💚👏 Abbaa Hin qabuu moo mucaan kuun
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee ❤️💞💞💝💯💐💐
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Ayyantu matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@ifrahaahmed5499
@ifrahaahmed5499 Жыл бұрын
❤❤❤
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Жыл бұрын
Uuuuffffeeee waaqayyoo si haa guddisuu biqiltuu ofii iddoo abbichuun gahe gahi darbi malee maaliif saalfata abbichuu.❤❤❤❤🙏🙏🥰🥰🥰❤🤍🖤
@tayitutube891
@tayitutube891 Жыл бұрын
Guddaadhuu sariyee 💞
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Tayitu tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@robenasbashe
@robenasbashe Жыл бұрын
Hordooftootin DibabeMedia hundii keessanuu galata guddaa nurraa qabduu. Eegaa akkuma baramee midiyaa keessan kana subscribe like Fi share gochuudhaan nu jajjabeessaa!
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Dibabe media matii naf tahii na jajjabeessii
@siadebali19
@siadebali19 Жыл бұрын
Maloo mucaa dinqii kanaa😂😂😂❤❤❤❤
@ehetefita9665
@ehetefita9665 Жыл бұрын
baayyee namati tolaa mucaadamma kana waaqayyo sihagudisu ❤💚❤uufeekaa
@oftaiijiraadhu2926
@oftaiijiraadhu2926 Жыл бұрын
Wooww namatti tolaa jabaadha oromoo koo ❤❤❤💚💚💚❤❤❤
@indineksjhs7584
@indineksjhs7584 Жыл бұрын
Gudadhuu kichuu koo haacee nati fakkata wly😘😘🥰🥰😍😍🌹🌹🌹
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa Жыл бұрын
Mashaa allaah baay'ee nama tola Rabbii sif haa gudisuu Bakka yade olitti Rabbii sif haa gudisuu
@darbedarbe1545
@darbedarbe1545 Жыл бұрын
Wawwooo wawwooo wawwoo dhugaa dha waqayoo maali biyyaa adunyaa kun garaa deema jirtuu nuu dhiibbee ... DHUGAA garaa halayaa deemaa jirtii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💔💐💐❣️🌹💚
@lensamasama4834
@lensamasama4834 Жыл бұрын
Wwaaawwwaa🙏🙏🙏🙏👍👍
@lensamasama4834
@lensamasama4834 Жыл бұрын
Kkkkkkk kkkkkkkk❤️
@obsituutube2028
@obsituutube2028 Жыл бұрын
Mucaa akkana hasahan isaa mi'ayuu akkuma haacee natti fakkata istylen isaa♥️♥️
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Obsituu tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@mohammedtola4036
@mohammedtola4036 Жыл бұрын
Mashaa allaah waan dubatuu ofii itti Amanamummaa dubatà Rabbii ijaa hamtuu sirraa haa qabuu Silaa madoshaan mataa keessaa nuu tumuuf qophii dha 🙄😜
@almazwagari8175
@almazwagari8175 Жыл бұрын
Kkkkkk wayoo Gara koo Gudadhu ummata madoshan Bulchani dhugaa Anilee siin Deegara
@aliyaakadiir4072
@aliyaakadiir4072 Жыл бұрын
Kkkkkk
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Жыл бұрын
Waqaayyoo sii haa gudisuu dhugaa baredduu Mucaa 🥰🥰🥰🥰😍😍😍
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 Жыл бұрын
Wwwwwww Gudadhuu kichuu koo❤❤❤♥️♥️♥️♥️❤❤❤❤❤❤❤ nu sii yanee jiraa bareduu koo
@gulumamitiku5715
@gulumamitiku5715 Жыл бұрын
Madooshaanan mataa keessa dha'ee bulcha.kkkkkyaa abba koo kolfaan du'em guddadhu Qaxalee koo💋💋💋💋❤️❤️❤️☔️☔️☔️☔️
@kamilabedru867
@kamilabedru867 Жыл бұрын
Ijoollee daa'ima waan akkasii hin gaafatina waan umuriin hin daangessine waan daa'imaaf maluu gaaffadha😍😍
@hayahaya9577
@hayahaya9577 Жыл бұрын
Uuuuuf Gudaadhu sanyi ofi 💔💔💔😍😍😍💋
@alainkarwan3362
@alainkarwan3362 Жыл бұрын
Guudadhu qacalee koo❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋
@yearsiiassalalij2668
@yearsiiassalalij2668 Жыл бұрын
Mucaan kun fakkin isaa dhigaa hacee qaba ❤️❤️❤️😍😍😍
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Жыл бұрын
Qimami ofii nuuf guddadhuu❤🥰🐅💪
@syphooroomiya7377
@syphooroomiya7377 Жыл бұрын
Wanta Baala fakkatu najibisisa jedhe qaxalee Mucaa ❤️❤️❤️
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💯💐💐💐💚💚
@makihmakih5710
@makihmakih5710 Жыл бұрын
Gudadhu❤️❤️❤️❤️❤️
@obsituutube2028
@obsituutube2028 Жыл бұрын
Ebadee kolfan na ajjessee wallahi busii busaa jirra adaa naf hin gallee jedhaa 🤣🤣🤣mudii inuma sitti qabateem🥰🤣🤣🤣
@mohammedtola4036
@mohammedtola4036 Жыл бұрын
Guddadhu lencaa mucaati rabbiin bakka sii haa gahuu jechoonni isaa hedduu mi,awaa 🦁🥰
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naftayii🙏🙏❤❤
@rashedsalmin6011
@rashedsalmin6011 Жыл бұрын
Goftaa macaa 😂😂😅 wayii mucaa kaana 🥰🥰🥰
@yesusguda2145
@yesusguda2145 Жыл бұрын
Wayoo garaa nudhukkubsee💓💓❤️❤️❤️
@obsituutube2028
@obsituutube2028 Жыл бұрын
Harmee gariidhaa ati rabbii si ebbisee ulfadhuu abshirr hadhoo too ilmoon kee siif guddataa♥️♥️♥️
@umarnuro3984
@umarnuro3984 Жыл бұрын
dhiira ati jabaadhu galatoomi
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 Жыл бұрын
Anis aran isiniti makame mati kessan tahe jabadha daima kana nuf jajabesa yabo akkan itti jaladhu Walhi afaan isa sukara 💋💋Gudadhu naf qaxale kiyya 🥰🥰❤️
@toolashiisoorii7687
@toolashiisoorii7687 Жыл бұрын
Daamaa waayi gudaadhuu❤️🥰🥰😍
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 Жыл бұрын
Matii naf taha qaliwaaan kooo asuman,❤️❤️❤️🙏
@abebaararsa8171
@abebaararsa8171 Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkk bakka nama hiriirsisan marqaa nama hin nyaachisanii😁😁😁😁😁😁❤❤❤❤
@zagroup2231
@zagroup2231 Жыл бұрын
Kkkķkk ❤❤❤❤❤
@ofiitaenjiraadhaa8227
@ofiitaenjiraadhaa8227 Жыл бұрын
Dhugaa rabbii obboleessa koo fakkataa.nuuf jiraadhuu lammii koo
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Uuuiiffee maaloo kaa garakoo guddadhu lubbukoo 😘😘😘😘😘
@msalmaz1507
@msalmaz1507 Жыл бұрын
Gudadhuu ❤❤❤❤
@shawuunagasaa4882
@shawuunagasaa4882 Жыл бұрын
Gudadhuu 😍😍😁😁🙏🙏
@kidstube3572
@kidstube3572 Жыл бұрын
Ilaalee, ilaalee, ilaalee, quufuun dadhabee!
@shukriitube7886
@shukriitube7886 Жыл бұрын
Ajab mucaan kuni nama guddaadha. Jollemi kun Nuf debisa ammallee♥️♥️
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naftayii❤❤❤
@russio_ukrainewarnews9169
@russio_ukrainewarnews9169 Жыл бұрын
Rabbii uumaan SI haa guddisuu!
@memem1107
@memem1107 Жыл бұрын
Gudaadhuu kichuu koo🥰🥰🥰
@FathihaBiyyaa
@FathihaBiyyaa 11 ай бұрын
qaxale koo nuf guddadhu❤❤❤❤❤
@Homesportmedia
@Homesportmedia Жыл бұрын
Very bright mind
@saudimohamed7081
@saudimohamed7081 Жыл бұрын
Wow gud
@orommmmmmmm
@orommmmmmmm Жыл бұрын
busi busa jira jee kkkkkk
@simbook7894
@simbook7894 Жыл бұрын
nufi gudadhuu buchee koo❤️❤️❤️❤️
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 Жыл бұрын
Yabo naf kana anatu gudifata anis wajuman gudadha 😂uf Walhi jaladhe due afaan isa dama uf Masha Allah Gudadhu naf sukara kiyya 💋💋💋💋💋💋
@sabboontuuwallaggaalixaa
@sabboontuuwallaggaalixaa Жыл бұрын
Wowww ❤️
@kebetube7985
@kebetube7985 Жыл бұрын
Kkkkkkk bagaa hin dhufnee!!!!!♥️🌹🌹
@aminajaro4283
@aminajaro4283 Жыл бұрын
gudadhu kichuu koo ❤💚❤💋💋💋
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💯💐💐
@nanitube3552
@nanitube3552 Жыл бұрын
So cute 😂❤❤❤
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Nani tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 Жыл бұрын
Omg so cute baby guddadhuu sweet 🥰🥰
@shariiforo
@shariiforo Жыл бұрын
❤❤❤❤ I love you
@helleen4304
@helleen4304 Жыл бұрын
Waq sin haa gudisuu 💋❤️
@sabrinamusa5824
@sabrinamusa5824 Жыл бұрын
Gudadhu mashallaah
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Mucaa qaxaalee koottuu nagaa 🥰
@mamababn5854
@mamababn5854 Жыл бұрын
Masha❤️❤️❤️
@aminajaro4283
@aminajaro4283 Жыл бұрын
gaara haalayaa😂😂😂😂😂
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💐🌹🌹💔
@seenaa87
@seenaa87 Жыл бұрын
Waanta balaa fakkaatu qofaa naa jibbisiisaa😁😁
@bnbnmbn918
@bnbnmbn918 Жыл бұрын
Yoo abiyyi woree woreessu😂😂😂😂😂😂😂
@fahmyyy
@fahmyyy Жыл бұрын
Mucaa kana akkan jaaladha qacalee lammi tiyya❤️❤️❤️
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@Rozaa943
@Rozaa943 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️
@samirabununuu3314
@samirabununuu3314 Жыл бұрын
Hadho koo nuf jiradhuu ❤❤
@robenasbashe
@robenasbashe Жыл бұрын
Namoonni Mucaa kana deegarruu barbaadan , akkasuumas Kara keessa Nuuf barressaa kan turtan 0913637997 Nuuf bilbiluudhaan Guyyaa Badhaasaa DibabeMedia qopheesse irraatti dhuftanii badhaasuu dandeessuu. Warri fageenyarra jirtan immoo haala isiniif mijjeessina yeroo kamittuu 0913637997 Nuuf bilbiluu dandeessuu.
@tedabayisa8372
@tedabayisa8372 Жыл бұрын
Galatoomi
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Obbolesa kedhamo?
@jabaadhujabaadhu4427
@jabaadhujabaadhu4427 Жыл бұрын
mashaalaa ❤❤💚💚❤❤
@bentislam1930
@bentislam1930 Жыл бұрын
Muca kun hasa'a fudhatama dubata dhuga 🧡🌺🌺🌺🌺🌺
@hawwiinkoojaannata9734
@hawwiinkoojaannata9734 Жыл бұрын
Biyyi halliyyaa irra geette jedhe 😂😂😳
@genetbelete9230
@genetbelete9230 Жыл бұрын
Uuuff mihoftuu mucaa
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 Жыл бұрын
Kkkkkkkk wayi gara koo ❤️❤️❤️❤️
@kerayub2681
@kerayub2681 Жыл бұрын
Sweet ❤
@user-ub5cx1nu4o
@user-ub5cx1nu4o 11 ай бұрын
Gudadhuumucaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🤙🤙
@anifaahmed
@anifaahmed Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@saalihtube3395
@saalihtube3395 Жыл бұрын
dhuga keedha babba
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161 Жыл бұрын
Ebifami muca bareda koo💪💪💪💘💘💘💓💓💓
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@nasradinhussen1185
@nasradinhussen1185 Жыл бұрын
Rabbi karaa ofii jaallatu irratti haa guddisu
@masaratmasarat7383
@masaratmasarat7383 Жыл бұрын
ወይኔ ሞትኩ።በሰቅ።ጠፈጪ😘❤💋💋
@sumayaqasim960
@sumayaqasim960 Жыл бұрын
Bucheekoo ❤❤❤
@king_Sama_Abdub_Wako_Sama
@king_Sama_Abdub_Wako_Sama Жыл бұрын
Waan jaalala daaima hin gaafatini gowwaa
@fritaabelachew3077
@fritaabelachew3077 Жыл бұрын
Dhakaan bulchaa jedhee kkkkkk
@HonorliteHonorlite-kj9sg
@HonorliteHonorlite-kj9sg Жыл бұрын
Kkkkk gurabati a jibaa kkkk
@user-so2no2ef5u
@user-so2no2ef5u 11 ай бұрын
Rabbiin umrri isn ha dheresuu
@HamziTv2014
@HamziTv2014 Жыл бұрын
Amezing person 🤣
@songtube4380
@songtube4380 Жыл бұрын
Goota Oromoo kana
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz Жыл бұрын
Such an innocent 😇
@user-hu9of9vq2x
@user-hu9of9vq2x Жыл бұрын
Kkkkkl rabbii ha gudisuu
@dirribaafayyisaadirribaafayyis
@dirribaafayyisaadirribaafayyis Жыл бұрын
Umrii dheeradhu
@kenamokex6743
@kenamokex6743 Жыл бұрын
good
@uaepp5993
@uaepp5993 Жыл бұрын
Kkkkkkkk hakka bullucha jedhe wayo garra koo kkkkkk
@chaltutube9481
@chaltutube9481 Жыл бұрын
Guddadhuu!
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk maadoshaan mata kessaa dhahee bulchaa jedhaa biyyaa kkkkhhhhh akkuuma abiyi ittii nuublchuuti jirraa
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💔💔💚
@syphooroomiya7377
@syphooroomiya7377 Жыл бұрын
Kkkkk
@sumayaqasim960
@sumayaqasim960 Жыл бұрын
Dhaloota Qubee ❤❤
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naf tayii❤❤❤
@henaaa5816
@henaaa5816 Жыл бұрын
😍😍😍😍
Kids Do Funny Interview With Besufikadu Hachalu In Afan Oromoo
14:07
Heartwarming moment as priest rescues ceremony with kindness #shorts
00:33
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 38 МЛН
Heartwarming Unity at School Event #shorts
00:19
Fabiosa Stories
Рет қаралды 19 МЛН
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 59 МЛН
IJOOLLEE QAALII : TAARIKUU FI NAAFII #IjooleeQaalii#donkeytube
33:22
Sagantaa addaa RiBUU Generation
8:20
RIBUU GENERATION
Рет қаралды 25 М.
Nama Cufa Niin Ajjeesaan  || DHALOOTA HEGEREE 27 ||
19:07
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 48 М.
Waan Kadhatte Siif Kennama || Raajii Masarat Taayyee | ARARA TV WORLD WIDE
18:20
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
Dawit Girma||Afan oromo song||Eebba Albuma Eebbaa Adimasu irratti
7:00
Eebba Adimasu Official
Рет қаралды 87 М.
mucaa kennaa addaa qabu!!#IjooleeQaalii#dinklejoch
20:24
DIBABEMEDIA
Рет қаралды 7 М.
Горилла Показала Малыша 😍
0:23
ДоброShorts
Рет қаралды 2,1 МЛН
Good job hero. #shorts #fyp
0:20
Gbeckett12
Рет қаралды 41 МЛН
Нажимай выше ☝️☝️☝️ #а4 #глент #риви #viral
0:25
Как меняются люди
Рет қаралды 4,7 МЛН
ВОТ как ЖЕНИХ выбирает СЕБЕ невесту 😱 #shorts
1:00
Лаборатория Разрушителя
Рет қаралды 8 МЛН