Caayaa, Aanaa Gadab-hasaasaatti galiin Mootummaa lakkoofsa herreegaa nama dhuunfaatti galuun...

  Рет қаралды 36,672

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

28 күн бұрын

Caayaa, Caayaa, Aanaa Gadab-hasaasaatti galiin Mootummaa lakkoofsa herreegaa nama dhuunfaatti galuun komachiise.

Пікірлер: 266
@firewurebitu5849
@firewurebitu5849 28 күн бұрын
Hooggansi olanoon biyyattii Sagantaa Caayaa laaluu fi dhugaa jirtu qorachuutu irra jira. qopheessitoon sagantaa caayaa Rabbi dhugaa isin haa dubbachiisu jabaadhaa.
@user-qq4bv2ve3x
@user-qq4bv2ve3x 27 күн бұрын
Ani jiraata magaala hasaasati Dhugaa dubbachuuf rakkoon hasaasa keessa jiru homaa hin dubbatamne jechuu woyya akka yaada kootitti osoo baldhinnaan irratti deebi'amee baldhinnan qorattanii jedha galatoomaa❤
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw 27 күн бұрын
Gama fb video waraba posti godhaa ragaa qabatama wajjin kabineni anaa garaa ofi malee biyyaa irraa dhimma hin qabani
@sarchiyyee
@sarchiyyee 24 күн бұрын
Anawaariin osoo ta'ee silaa fuuraa keessaa naqe wayyo. Namni akka anatti anawaariin jaalattu like muldhisi❤
@tarkubekele7921
@tarkubekele7921 17 күн бұрын
Sanyummaan mootummaa waaqaa nama hingalchu
@hassansaido4287
@hassansaido4287 28 күн бұрын
Walahi gubane magalaa hasasa keessa samicha qofatu jira keesatu waraqan qarshi gurani sodachisun yoo hin qabnu jedhan namni rakateyu attin ilalcha bira qabda shanedha jedhan wan ufii kiyya irra na gahe RABBI jedha debii'a
@vetsEt79rz
@vetsEt79rz 8 күн бұрын
Jabaadhaa gaazexeessitoonni keessattuu waa'een qulqullinaa kun waa'ee fayyaa waan ta'eef. Akkanumaan itti fufaa.
@beteula9162
@beteula9162 28 күн бұрын
Hangaa piirootookolii keetiif akkatii cinqaamtee dhuftu obbo Muhammad maliif qe'ee qulqulleessuf hin yadduu
@letagaroma9007
@letagaroma9007 28 күн бұрын
Namtichi Aanaa bulchuu dhiisaatii mana isaa bulchuuf ga'umsa hin qabu
@abditucaalaa7456
@abditucaalaa7456 25 күн бұрын
Dhugaa keti
@ahmedkedirhaji9584
@ahmedkedirhaji9584 28 күн бұрын
Dhugaa dubachuuf gadab hasassa nama dhunfaa harkaa qaba hogantonni annal sanii yeroo dhufanii ufifii male hawasaf hin wojjatan yeroo 2 qophii baldhaan kottu niigata saxilaa ulfadhuu worri caayaa❤
@jabbopeace9894
@jabbopeace9894 24 күн бұрын
Sagalee ummataa jechuun yoo akkanatti dhugaa ummataa baaftan ❤❤❤❤
@YasinGebi-uh6he
@YasinGebi-uh6he 27 күн бұрын
😭😭😭 wolhah waan aanaa kan keessaati hawasin keenya ta'a jiruu waan dubbatamee hin dhumnee. Hiyyeessi waan nyaate bulu hin qabnee milishaa dhaan qabani sodachisaa nagahee naafi keena yoo jedha ati ilaalcha biraa qabdaa, shaneedha fi ykn warran sii erginaan dhadannoo isaan ittin ummata sodachisaandhaa. Kan biraa hafee birr dhumaa naghee hin qabnee kanafi beelamni siif hin keenamuu akkuma qaxaroo rabbit, Masgidaa balbalaa dhabaate sii egdi milishaan. #Kan guddinaa magaala ammo homaa hin dubbanuu waan dubbanu hin qabnuu guddinaa magalaa osoo hin taane guddinaa jara qofa osoo dhageenu asi geene. Deebi'a irrati hojadha ummani dhumaa jira
@MaddaWalabuu-ux3wn
@MaddaWalabuu-ux3wn 9 күн бұрын
Rabbiin TV OBN FAYYAA HAAKKEENNUU rabbii jedhatii ummaata keennaa nyaatanii fiixanii rabbiin jedhaa ummata kaana nuuf hidhaa ummata miskiina motumman waliittii buusanii motumma jiibisiisan nuuf hiidhaa rabbii jedhaatiin angoo irraaa kaasatiin hiidhaa barumsaa taa'aafii motumma keennaa shiimalliisiin biiraan naaf gaayaaa rabbii jedhaatiin
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 28 күн бұрын
❤❤Eegumsaa didi beellama hayyootaaf rakkoodha deebii hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see DrAbiyyii Ahmed Dubbisi beellis ifaa
@abdijamal4978
@abdijamal4978 20 күн бұрын
Ani jiraata magaala hasasaati rakkoon biyyaati sabi hasayamee hin dhumatuu biyyaa tayitaa birriin itti bitatanidha magaalan sun yoo kantiiba tatee galiin gara kiisii kabinee seenuu waan dhaabatuuf magaala akka kantiib hin taanee cuuqqalanii irraa taha jiru kanaf hangaa malanmaltummaan magaala sani badutti magaalan ni jijjiiramtii jedhamee hin yaaddaamuu xa’oon qotee bulaa abbaa dhuunfatuif gurgurama turee ummaannii akka dubaatuun dabeera dubbatu hin dandahu mana mana deemanii sodachisuu kanaaf mootummaan fala hatantama osoo itti nuuf keenne jennaa galatooma
@bayanhusen2428
@bayanhusen2428 14 күн бұрын
Anna kofale hoo yoom demtu worii OBN ❤
@jibrilmahmud9161
@jibrilmahmud9161 28 күн бұрын
Dhugaa yoo dubbanne malaammaltummaa fi hanni itiyoophiyaa keessa faca'ee hasaasa irraa madda yoo jedhame itti hin saalfatamu. Waa'ee geejjibaa irratti nuu qoradhaa. Anawaar otoo nuuf dhufee woyya ture.
@zeyitumud5629
@zeyitumud5629 28 күн бұрын
Osoo baadiyaa deemani kan olii ummata keenya samaa jiraa jabadhaa worii oBN hin kijibaa
@abdulqadirburqa
@abdulqadirburqa 27 күн бұрын
Yaaa rabbi kan hundaaa kessaa kaa nuu baasu simaa yaa alllaahaa saamaamamnee jiraa dhugaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 28 күн бұрын
❤❤❤ yaadii argii atis Radio keetirraa Fagaatiinii Gzx Fissaha Barsiisaa yaa kolfa karaa kalees har'as yaa Kolfa Garaan Yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi akkamitti Herreegi Nageenyaa dhumfaa tayee=yaadachisii galii garree Namicha Dhunfas kophatti hiyyoomee
@aliahmed-bi1jd
@aliahmed-bi1jd 28 күн бұрын
qopeysitoota qopii caayaa byya san keysati waan gaarii hojjataa jirtanii jabaadhaa itti fufaa ulfaadha,
@takeyusman7961
@takeyusman7961 5 күн бұрын
Godina Arsii Aanaa Gadab Hasaasa keessatti ummaanni Rakkina Xaa'ootti hannanii gurgurama jirun Qonnaan bulaa fi hiyyeessi facaafachu hin dandaeenyee rakkoo kanaa osoo torbee kanaa keessaa gandaa waqeenxara burqitu ilaaltan
@MuhBoon
@MuhBoon 5 күн бұрын
Dhimii ifaa magala keessaas nijira dararamne qarshin 500 nu fixee maalo amale nu dhaqaba qarshiin 500 wan Maran nu fixee namichi hin kijiba😢😢😢😢😢
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 13 күн бұрын
Namniirabbiin mormuu nabiinmormuu motumaan mormuu dhabadhuuyadii.enyuuniinwaldhabee bekkudhaa
@mudindeko
@mudindeko 21 күн бұрын
Hiyyeessii dararamaa jiraata kabineen sangaa masqalaa fakkaattii Please obboo Muhammad waan kana sirreessaa
@SofiaDube-dj7rw
@SofiaDube-dj7rw 26 күн бұрын
wollaahi hasasaa kessaatii malamalitumaa fi hannaa qoffaatu bayi,ataa
@dereqeneni1635
@dereqeneni1635 28 күн бұрын
ROUND ABOUT ANSWER. NO RESPONSE IS GIVEN. AMAZING MAN LIKE FORMER MAYOR OF BURAYU
@KeeNaaf
@KeeNaaf 27 күн бұрын
Waan kana addaan osoo hin kutin itti fufiinsaan akka hordoftan adaraa isin eegna ❤🙏
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 24 күн бұрын
Hasasaa oso namaa waa beekufi namaa namafi yaduu qabatee qabeenyii isii oromiyaa wola gahaa 😭😭😭😭😭😭😭
@hananhassan8737
@hananhassan8737 7 күн бұрын
U the best I swear to god u asking them a good questions keep it up journalist
@Olana287
@Olana287 28 күн бұрын
Bulchaan Aana walgahii waame gurtani fiduu baannan Isiintu itti gaafatama jedhee booggisa ture hardhaa midiyaa irraatti akkaanatti dubbachuun nama salfachiisa😊
@abdijamal4978
@abdijamal4978 20 күн бұрын
Namtichii ufifuu harawaa waan kabeenen borciitee itti kenitee waliin borcaama jira caldhisee kijiba oofaa
@AhmedHussen-fk5jw
@AhmedHussen-fk5jw 21 күн бұрын
Warri OBN baay'ee galatooma Gara Aanaa keenyaa waan dhuftaniif! Osoo manneen murtii irraattillee hojjatani baay'ee gaarii dha. Dhugaan kan Abbaa Qabeenyaa ta'eera.
@AminTahir-dq3ij
@AminTahir-dq3ij 24 күн бұрын
Jabaadha hoji gaariidha
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 13 күн бұрын
Seeraraa hojataan gafajabatee quranafiihadiisara sheyniiyoojabatee umatara motumaan yoojabatee seerakamiin bulaajatuu maqaatuu.mataaracalee
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 24 күн бұрын
Galatoomaa hojaatoon obn oso yeroo hundaa waan akkan jiratee umataa midhun nii hafaa turee hojatoon motumaa hatudhaa biyee haa nyatuu jarii bagaa gadii bahee xurin jaraa amalee jabadhaa obn midayaa boqolo iraa gara hojati ❤😂😂😂👏👏👏👏👏👏👏👏
@abdurahimankubsa6357
@abdurahimankubsa6357 26 күн бұрын
Well done. Keep it up to expose the challenges the public is facing.
@JibrilHasan-ot4fu
@JibrilHasan-ot4fu 26 күн бұрын
Wlh kan dubbatamee kan hafetu taraa hin dubbatamne garuu akkanatti dhuftanii nu laalu keessaniif baayye galatooma
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 24 күн бұрын
Kunii namichii sababaa dhihesuu malee furumata hin bekuu qoyii subahanallah 😔😔😔😔😒😒😒
@abdulqadirburqa
@abdulqadirburqa 27 күн бұрын
Eee badaa hasasa akkaaniitti baadee yaa raabbii nuu birmaadhuuf kaa maraa nutii fiddee simaa
@AbdulRahman-vl8hg
@AbdulRahman-vl8hg 26 күн бұрын
Qopesitotaa qophii caa'a bayee namati toltuu jabadhaa. Anaa hangaa Gandaa ti hubadhaa esatuu Gandaa woqenxaraa edoo irrati xiyefanoo nuuf godhaa.
@nugusebullo5457
@nugusebullo5457 3 күн бұрын
Mohaamad kadiir jedhama!!kan hin beekne barii.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 28 күн бұрын
❤❤❤Gzx Anawar Jamaal daftee dubbi fudhatin Eegumsaa
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw 27 күн бұрын
Allah akkanati qotee Bulan jireenyii isaa hojjachuun male milkayuu dadhabne 😊
@sufiyanhasansufiyanhasen
@sufiyanhasansufiyanhasen 25 күн бұрын
Yaa jireenya magaalaa hasaasaa Magaalaa Saamichi ifa bahee keeysatti raawwatamu adda baasnee dubbachuuf waatu waatu jiraa jedhe weellisaan
@user-pf8sm4iv9i
@user-pf8sm4iv9i 7 күн бұрын
Horii Basanif banyan kafalemefi
@matiwosmekonen1929
@matiwosmekonen1929 27 күн бұрын
Rakkoo guddaan biyya keenyaa kanaadha. Warri Caayaa guddaa galatoomaa. Ogummaa keessanitti fayyadamtanii dhugaa uummata keessanii akkasitti baasuun keessan isiniif kabaja. Faayidaan keessan immoo rakkoo hawaasa keessanii ifa baasuun boqonnaa sammuu argachuu keessani.
@sultifayiso1079
@sultifayiso1079 28 күн бұрын
Rakkoooooo fala dhabe bishaan dhugaatii Ganda Wiitagoo Siree,Yoom laata...
@shamsyahali274
@shamsyahali274 28 күн бұрын
Gafii sirriiitti gandii kenaa bayee midhamaa jiraa
@ibraahimabdalla7907
@ibraahimabdalla7907 28 күн бұрын
Hararge bahaa aanaa baddanno akka dhayxan abdii qabnna👍
@bonyyonatan4055
@bonyyonatan4055 28 күн бұрын
Jaraan Kijibaa akkanaa dhabbaa. Bulchaan Magaala jiratamoo Maarsii irraa jirraa Kafaltti ibsaa Birr 500 dhugaa jirtuu akkaanata Shamaxaaxuun kuni namaa hin bassuu. Tarkaanfiin fudhatamuu Ummaata Lafaa Irraa fidhee.Dhugaa osoo beekan Uummataa afoo waakachuun maaluu jeette Uummata bulchiitu afoo teetta?
@feyisodalu1611
@feyisodalu1611 28 күн бұрын
Woyyoo kijiba aanaa kanna akkamiti akka si argadhu hin beeku gaazexeessa ani qotee bulaadha gibira woggota hedduf kaffalan ture qarshi 6000 ol kaffalu keessaa nagahe qarshii 1500 hin caalletu kennama parsentiin 70% ol nagahe hin qabu ragaa wojjin siif dhiheessuu dandaha kana ala qarshiin torbaanin guuramu nagale male madabara hin argattan ,nagaha biyyaa hin barbaadan raayyaa hin deegartan ilaalcha adda qabdan jechaa ummata doorsisu qaama itti himannu dhabne chain nagahe malee galii sassabu ka ganda kaase hanga oromiyatti cheeni dhaabani mallaqa wolif qoodu kuni ragaa qabatama.
@ReedwaanMaan
@ReedwaanMaan 28 күн бұрын
Woma lafa caraqqa Malaqa Kuma 25 hagga Kuma 30 nurra sassabaa jiran,karmetir 2oo,qofafi, kana yoo kanfalu batte, 52:25 ni hidhamtta ,olla kiyya❤❤ nama 3 hidhame Malaqa kana kanfalee, maati issa hidhaa baafatee ,birri kana keessa, teeti jechuu qofafi male ,Kartta Pilanile birri kanan alla ,ijjolen lafa kana Dhaqan birri Kuma fudhatu marssa itti anuutti waan kana nuu qoradhaa 52:25
@user-tv3md3np8q
@user-tv3md3np8q 8 күн бұрын
Tuni biyyiti jiddee jirtiiyyu😂😂😂
@tegenemulatu983
@tegenemulatu983 17 күн бұрын
Kijibaa akkana waqqayyoo nama haa basuu abbooo
@saadauraga8755
@saadauraga8755 28 күн бұрын
Maaloo maaloo Waa heddu jira nuuf qoradha
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 28 күн бұрын
❤hawaasaa says hojiin gaafa hojjaattus gaafa laalltaaanis walumaan Beekumsii mariidha Eegumsaa fi wal'ansaa taasiisiif badirraa sirraayaa =Yaannis waraanaa km meeqa fagaatee Eegumsaa taa'ee hojiin😊
@AbduselamAdem-kq9uw
@AbduselamAdem-kq9uw 23 күн бұрын
Dhugaa obn waan baredaa jirtan
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 13 күн бұрын
Mucaanseeraganee iirbuuganee umataganee amantiiganee gosaganee diinagdeeganee maqaahojataa ba.atuunii umaniiseerabekkuu bekkaasobaan maqaamotumaadha qabateetiibekkii umatagaraseeratiifiinamoo hojataafiinatuu nudhiibee waan iifiifuu iittiibuliin nama iittiibulchuun jabduudhaa
@shamshuabdujalil435
@shamshuabdujalil435 23 күн бұрын
Oromiyyaa keessaati nagaahee malee birri sasaabuun akka waan heeyyamamati barane jira.
@user-pd1ue4fk4t
@user-pd1ue4fk4t 27 күн бұрын
Gagg.cicciimon quqqama ummata qaban kanneen akka Namichati kanatin arabsamu
@BONTUMOHAMED-jw1pz
@BONTUMOHAMED-jw1pz 28 күн бұрын
Hay asaasa qabenyi sii keessaa maduu sirraa tarraa nannoo biratti gahaa 😅😅😅😅
@abtamulagase6659
@abtamulagase6659 25 күн бұрын
Gadab biyya abbaa qabnee dha durii kaasee miskiina saamaa Turan kaabineen arsii guutuu kanuma kaabineen gadabii adduma hamtuun lakkaa'aamee hin dhumu Kaabineen aammaa tun mootummaafuu hin sodaachifti eeggadhaa warra afaan lamaati
@megarsaduguma
@megarsaduguma 5 күн бұрын
Gara w/b anaa sibu sire
@bie8789
@bie8789 26 күн бұрын
Kaabineen Aanaa sanaa kan saamicharratti booba'aaniif kan tajaajjila uummataaf dhima qabani mitti. Bashananaaf iddoon bashananaaf jiru hunda waliin gahuun nun madaaluu kanaaf yoo Dubaay ta'e malee jechuun kan ifaan ifatti haasa'aaniif kan quuffanii dha.
@TeamOromia3504
@TeamOromia3504 24 күн бұрын
Anaa Adaabbaa akka demtaan abdin qaba
@smartsmarts442
@smartsmarts442 23 күн бұрын
Akkana Dubbiin Jabadhuu Obolessaa Hojii Bonsdha Kaa Hojatatani
@musadenboba
@musadenboba 25 күн бұрын
Yoom rakkoon hawaasaa dubbatamee ummanni gubatee wolhi Ganda hunnda keessatti bakka deemnu hundattii haqaan hawaasaa keessummeessa hin jiran
@abdulqadirburqa
@abdulqadirburqa 27 күн бұрын
Kaa dubbaatame calla kaa dhifaameetu calaaa dhugaa raabiii raabbummaa nuu kadhaaa dhugan jiru saanumaa naamni waan kana gurrii kee dhaaagaheee yaa raabbii nu jedhiiii kaa namaati himaan haaa taa,uu
@AbdelaAliyi-z1n
@AbdelaAliyi-z1n 2 күн бұрын
Mee Badadaa waa jijjiiramuu malaa
@SofiaDube-dj7rw
@SofiaDube-dj7rw 26 күн бұрын
hin kijjibaa dhigaa hiyyesaa dhuguu barratanii wakkaatu kunii annaa bulichuu mittii ganidaa bulichuu
@lenoooro3777
@lenoooro3777 26 күн бұрын
OBN Waan Garii hojjataa Jirtanii Ira Akkaa Nu Debiitan Abdii Qabnaa isiin Ira
@BuzunaNuguse
@BuzunaNuguse 28 күн бұрын
Hatuu jabbeessa qaba Rabi isaa haa qabu
@AhmedHussen-fk5jw
@AhmedHussen-fk5jw 18 күн бұрын
Good Idea!
@ReedwaanMaan
@ReedwaanMaan 28 күн бұрын
Woma lafa caraqqa Malaqa Kuma 25 hagga Kuma 30 nurra sassabaa jiran,karmetir 2oo,qofafi, kana yoo kanfalu batte, 52:25 ni hidhamtta ,olla kiyya nama 3 hidhame Malaqa kana kanfalee, maati issa hidhaa baafatee ,birri kana keessa, teeti jechuu qofafi male ,Kartta Pilanile birri kanan alla ,ijjolen lafa kana Dhaqan birri Kuma fudhatu marssa itti anuutti waan kana nuu qoradhaa 52:25
@DerejeGirma-dt5mf
@DerejeGirma-dt5mf 28 күн бұрын
Caayaan dhuguma waan gaarii irra jirtu. Rakkoo guddaan warri aangoo irra jiran beekumsa malee aangoo qabatanii, Daaraa irra taa'aa daran nyaatu! safuu. Kunimmoo mootummaa sirritti hamachiisa. Mootummaan xiyyeeffannoo gurguddoo barbaada. Safuu.
@kurfaulu2592
@kurfaulu2592 27 күн бұрын
Achumatti dhalatee ummata Isa dhale irraa mattaa'aa nyaata . Kun bulchaa maal tahe butaa birriiti malee
@BilalJewaro
@BilalJewaro 28 күн бұрын
Rabuu jaraa hin jirachisin hatuu qofa hudumti isanii
@HassenBedasso
@HassenBedasso 28 күн бұрын
Bulchaa adda duree fi qaxalee abbaa jijjiiramaa!!!
@Abdii-lovii
@Abdii-lovii 28 күн бұрын
Roobe Arsi Kottame Wan Ajaaiba gartu 😢
@asanmumad8247
@asanmumad8247 13 күн бұрын
Dhuga tana wani nu gube baga akati komi umata kesa gad butani qoratan gosh
@SuberMahamed-mh2yq
@SuberMahamed-mh2yq 27 күн бұрын
Maaloo harargeerratti nuuf hojadhaa
@mamaamiyo5141
@mamaamiyo5141 27 күн бұрын
waan gariidhaa jabaadhaa worii caayaa
@firaolkiltu9584
@firaolkiltu9584 27 күн бұрын
Achi qofa miti aanaa adama keessalle sirritti ilaala mee waraaqa eyyema adda adda baasuf hanga qarshi kuma 50 nama gaafatuu
@abduutolaa1735
@abduutolaa1735 28 күн бұрын
Magaalaa hasaasaa keessatti green Eriyaa jedhamee lafti lafa jiru lafa hedduudha keessattuu boolee keessatti garuu tokkichumaan biqiltuun tokko irra jiru hinjiru dikeef galabaa qofatu irratti guurama bulchaan a Yoo waadubbatan sodaachisaa isaanii ajaa'iba hanga bulchaatti gandabreef kandhufellee
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 13 күн бұрын
Garakaleetiidebii.iijachuun iirbuudhaa kakuudhaa hojataankakatee biiyiikakatee adiirabbiitiin
@AbduAliyi-ej2ut
@AbduAliyi-ej2ut 28 күн бұрын
Hin haafa ittii debiaa hadaraa rabbii
@temamhaji4909
@temamhaji4909 27 күн бұрын
Duraan Dursee Qopheessitonii Sagantaa CAAYAA Hedduu galatoomaa🙏🙏 Sagaale Ummata ukkamfame waan nuu basaa jirtanif haaluma kanan ittii fufaa……… Hoogansa Aanaa G/Hasasatifi Hojjaattota motummaa Aanaa Kanaatiif “”BIG SHAME””🤭🤭 Gaafif Deebii Hogganaaf taasifamme yommuu laallu Deebiin innii debisuufi Gaafiin Yokiin Koomiin ummaannii kaasuu woolittii hiin dhufuu Bitaaf mirgaa kana jechuun hoggaanan Akkaana yoo taa’ee hoojjatan isaa jaala jiru immoo isaa Tara jechudha kaanaf ummaannii kennaa Tajaajila Argaata hin jiru komiin ummata kennaa dhuagadha Hooganasa akkaanafi Hojjattota Motummaa akkanatu maqaa hojjatota motummaa cicimoo fi ummata isaanif Hojjatan maqaa ballessaa qamni olaanan hojjattotta fi Hoggantota, Hattoota, kijibdoota, fakkessitota,samotoota akkana Kanin irratti hatamtaman tarnkaafii fudhatudhaan hoggaanasa ummata kennaa Anaa kennaa madaalu bakkaa busuu qaba ummanni kennaas mirgaaf dirqama isaa beekun mirgaa isaatiif Falmatu qaba Baaliif magalaa kessaa jirufi moraa waajjira Motummaa kessaa jiru akkasumas waajjira isaani kessaa jiru 1 (Tokko) salphadha isiin salphattota 😁 Qophesstonii sanagata CAAYAA yeroo dhiyoo kessaatti Debi’uu dhan jijirama jiru qorattani akkaa nuuf dhiyessitan Abdiin isiin egnaa Dabalatan jirattonnii magaala Hasasa Yaada fi koomii ummata kessaan bakkaa butani kennitanis galatooma🙏 ummannis worrota koomii kasaan kanniin nuff nanayyaa Galaatooma 🙏🙏
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 13 күн бұрын
Seeramotumadha manamotumadhaa hojataamotumadhaa umaniimiidhamaadhaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 13 күн бұрын
Oduuxumuraa guyaakanaa ilmiinamaa miiliilamaa niiyaanlamaa takkafiiladhuu hiijaansadiihii hiijraaleen sadiihii takkafiiladhuu miiladhugaa miilasobaa
@user-fk3bk6uw3v
@user-fk3bk6uw3v 26 күн бұрын
Eeda Wani magala San akkasitii baleesee hattu akkanatu bulcha bari magala San keesa woga dabartu bayee tokoo siigadisiisa wallahi balffa issii keesa chisu
@ReedwaanMaan
@ReedwaanMaan 25 күн бұрын
Handhurttii malamaltumma hasaassa ,,hojattan wajira ,gargara ,
@ReedwaanMaan
@ReedwaanMaan 28 күн бұрын
Woma lafa caraqqa Malaqa Kuma 25 hagga Kuma 30 nurra sassabaa jiran,karmetir 2oo,qofafi, kana yoo kanfalu batte ni hidhamtta ,olla kiyyayu nama 3 hidhame Malaqa kana kanfalee, maati issa hidhaa baafatee ,birri kana keessa, teeti jechuu qofafi male ,Kartta Pilanile birri kanan alla ,ijjolen lafa kana Dhaqan birri Kuma fudhatu marssa itti anuutti waan kana nuu qoradhaa
@muhamedsafi7325
@muhamedsafi7325 25 күн бұрын
Namticha kijibaa
@LawofGod
@LawofGod 28 күн бұрын
Omg 😱 what a dirty society ! Shame on you! Remove this dirty leader ! Omg 😱!
@sftube2279
@sftube2279 28 күн бұрын
Ayii baayyee nama gaddisiisa uummanni saamamaa jira😢😢
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw 27 күн бұрын
Caayaan hedduu galatoma torbeeti guyyaa tokko miti itti dabala yeroo lama sadi nuuf haa tahu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 28 күн бұрын
❤❤❤Maaf civil war and defense minister barnootaa protectect Tolaa Bariisoo
@user-zy7vt1sb1b
@user-zy7vt1sb1b 28 күн бұрын
Irraa baradhaa
@lenchomohammed3599
@lenchomohammed3599 27 күн бұрын
Aanaa hasaasa ganda hanna bicha ta’eera mootumman xiyyefannoo guddoo itti kennamuu qaba. Keessanu dhimmi nageenya dhimma waa hunda dursu dha mootumman dhimma nagenya irrati nuuf haahojjatamu
@ReedwaanMaan
@ReedwaanMaan 25 күн бұрын
Worabbin kanaa qofaa mitti kan hafeelee gadii nuu dhiisa isin egattara
@user-wc3gq5iw5f
@user-wc3gq5iw5f 28 күн бұрын
Caayaa nu jabadhaa baredda
@user-tx3qo3ui6s
@user-tx3qo3ui6s 28 күн бұрын
Haali hojiimataa bayyee gad aanaadhaa 😊😊😊😊😊😊😊
Wait for the last one! 👀
00:28
Josh Horton
Рет қаралды 125 МЛН
Дибала против вратаря Легенды
00:33
Mr. Oleynik
Рет қаралды 4,3 МЛН
Время летит быстро 😱
0:19
НЕБО - СПОРТ И РАЗВЛЕЧЕНИЯ
Рет қаралды 2,8 МЛН
Он сильно об этом пожалел...
0:25
По ту сторону Гугла
Рет қаралды 8 МЛН
Арестовали наглых мошенников 🤯
0:52
Фильмы I Сериалы
Рет қаралды 4,8 МЛН
Love Challenge With Mellstroy And Mrbeast
0:19
BigSchool
Рет қаралды 4,2 МЛН
DO YOU HAVE FRIENDS LIKE THIS?
0:17
dednahype
Рет қаралды 44 МЛН
Страшно, когда ругается мама😰
0:10
Лиза Вертинская
Рет қаралды 2,4 МЛН