Dhiirri Amanamu Hin Jiru

  Рет қаралды 25,048

Oromia 24

Oromia 24

3 жыл бұрын

.0937386564
Telegramiin Ergaa Keessan Kallacha Kaawwadha!

Пікірлер: 209
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Yoo qalbii qabattee waan inni jedhu hooma hin dhaga'in jaalali haga fedhe irraa si qabus sii hin ajjeessu ammas deebi'e sirraa nyaachuuf malee si jaallachuu mitii jaalali dhugaa waan madaalamun hin qabu yoo onnee qulquluu malee kanaaf ati kayyoo kee galman gahuf ariifadhu waan darbee yaadate of hin cabsin siif hiree bareeddu siif haa laatu rabbii jabeetti koo😥🙏
@rawudamohammed2094
@rawudamohammed2094 3 жыл бұрын
Obaağaadgkii
@rawudamohammed2094
@rawudamohammed2094 3 жыл бұрын
Göndərən and olsun və ikini oiojhhj
@yesmin653
@yesmin653 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte Sanyii ko❤️💚❤️😘Ayiiiiiii dhirri amanamuu essaa jira? 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔Rabbii malee kaa amanamuu hin jiruu Abshir tiruu ko😢Akkumaa kiyya tatee💔😭
@Madina-lg3rk
@Madina-lg3rk 3 жыл бұрын
Uuufi yaallha kuni kiyya fakkata alhamadulilah laamefadhee taa a jira raabbii haaarguu dhalatii nama saakalitii gaaru jirata lubbuuni inni jaltee fudhusi anafi dhalatuni dhaltuma
@yesmin653
@yesmin653 3 жыл бұрын
@@Madina-lg3rk 🙄🙄🙄🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️
@rozanagash5425
@rozanagash5425 3 жыл бұрын
Yeroo amma maatiin dirqamaan namaa fusisu jira? Akka yadaa Koti ammaan boda isa walin hin dubbatin.
@zinapf6656
@zinapf6656 3 жыл бұрын
Hin jiruu garuu dubbatani bahaa gala nama dhowu male
@kookeettube
@kookeettube 3 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/mbJodqSSs6m-f4k.html maattii naaf ta'ii KZfaq kootif
@hawwiinetoroshawaaoro4761
@hawwiinetoroshawaaoro4761 3 жыл бұрын
Dhiraas tahee dubaraas namni hamanamu in jiruu bara kana🥱ani kara koo namaf wadaa dubbes tahe jalaalaa dubbee jalachuu in barbaduu😏kophaa koo fataa jedhen jiradhaa dubrummaa koo egadhe💪yaa obbolotaa koo dubaara rabbi kaan keetii kan jedhe gafumma sii umuu siif qophese jiraa waaa taheef kabajaa keesan egadhati fatta jedha jiradhaa 💪 jalaalee midiyaa irra argadha jetani ofii in dhamasina"
@tigistdejene2922
@tigistdejene2922 2 жыл бұрын
Dhugaa kee jettee atilee akkuma kee koophaa koo jiracha jira yadaa tokko malee
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Uuffiiimaaloo ijooleen dhiiraa kijibbuummaan maaliiiff nu midhuuu yaa raabbii miiidhaama shammaranii Atiii laaliii
@derartuabera6496
@derartuabera6496 3 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftee gammee Kenya sagalee kee baay'ee namaa hawaataa susii nutii ta'ee sagalee kee dhagefadhee hin qufuu kennaa Waaqayyoo sii kennedhaa ❤❤❤ Channel kee irraa waan baay'ee baranee akkasumaas warraa dhiphaatinf sagalee taatee nuuf jiraadhu jabaadhu jabaa Kenya 💪😍😍 Asosamaa nuuf dhiyeesii mee Hordoftonnii gammee immoo gammee nuuf jajjabesaa 😍
@kookeettube
@kookeettube 3 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/mbJodqSSs6m-f4k.html maattii naaf ta'ii KZfaq kootif
@derartuabera6496
@derartuabera6496 3 жыл бұрын
@@kookeettube tolee
@kookeettube
@kookeettube 3 жыл бұрын
@@derartuabera6496 kotuu kaa
@derartuabera6496
@derartuabera6496 3 жыл бұрын
tube matii siif ta'ee jiraa mee subscribe siif tasisee
@kookeettube
@kookeettube 3 жыл бұрын
Galatomiii
@zinapf6656
@zinapf6656 3 жыл бұрын
Giifti koo waaqa kadhadhuti hariroo jalqabii osoo ana taate gaafuma yunvarsiti deemun onne koo keessa blouk godhaa gammee dhiifama warra yunvarditi deeme hin amanu jolleen heddu nama dogogorsu silumaa amanamaan rabbi tokkicha yaa ta'uu garuu yunvarsitin balaa qabaa itti hin deebi'in jireenya obboleti keenya ballesa siifis gaari miti gamme dhiifama naaf godhii yunvarsiti waan deemtef isinan tuqee warri deemtan hunduu
@mophlk5395
@mophlk5395 3 жыл бұрын
Obboleetti koo lammaffaaf akka gowoomte itti hin deebine inni abbaa daa'imaa ta'e jira osoo si jaalate siluma si eeggata ture malee si sobe Kan biraati wajiin bulti hin jaaru ture. Ati carraa kee ilaalladhu Amma
@fayizailiyasomntube6977
@fayizailiyasomntube6977 3 жыл бұрын
No no no no hin gowwomiin gurbaan sobduudha Dhiira amanta Kani rabbii siif kayee egaadhu obsaan usii hojjatadhu biyyaatti galii Riyaala kee duriyyee hin nyaachisiini dhamsaa koottii
@sabontuujalduu3592
@sabontuujalduu3592 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftee gamee😍😍 Araa tokkofaan dhagafadhe badhasaan hin jiruu moo akkam silaa guyya hundaa hojii madami dhisee gamee egaa 🤔🤔🤔
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
Sabontuu koottu maatii waliif haataanu
@yesmin653
@yesmin653 3 жыл бұрын
Ugaamo🤣🤣😂😂😋😋😘
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
@@yesmin653 yoo dandeese naaf ta.i yoo hin danda.in dhisi
@sabontuujalduu3592
@sabontuujalduu3592 3 жыл бұрын
@@kldtube3542 tolee
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
@@sabontuujalduu3592 baayyee galatoomi
@masiibmareeno616
@masiibmareeno616 3 жыл бұрын
Yoo akka koo Oromia 24 suusuuftoni sher godha link fb keessaanirraa😍😘 Silaa waaqa male namni hin amanamuu 😓
@rozahuseenarsii9808
@rozahuseenarsii9808 3 жыл бұрын
Caliisii qarshii ke walitii qabadhuu qalbii te takaa godhii ka Rabbii si hiree wajiin jiradhuu Kana ka siratii jalatee haratii gatii Dhirii isaa bichaadhaa jalatee jenanuu forfayiitii irraa kayatee jalananuu fudhee samuu te firii godhii ka si jibee jibii. Hadhaa ilmoo malifi isaa sobaa gudaa qarshii ke barbadaa
@jituuoromiyaa4014
@jituuoromiyaa4014 2 жыл бұрын
Yaa oboketii tiyaa yeroo amaa matiin waan abbaan hin jalanee dirqamaan imaati fudhee hin dhagenee hin gowomin birifii sii barbadaraa rabbii caraa garriii sii haa basuu
@mamiyeejimmaa5787
@mamiyeejimmaa5787 3 жыл бұрын
Jalaalaa Amaa kunii hin Amasisuu bayyee
@kalbakalba7071
@kalbakalba7071 3 жыл бұрын
Dhugaa keetii Obletii koo dhiirii Amaa Hin Amanamuu Uuuuuuuuuuuufffff ijaanii Argaa Dhirraa Baraa Kanaa
@saradames3509
@saradames3509 3 жыл бұрын
Nama sii sobaa malif na sobdee jetee hin gafatin sababani isaa debin isaa sobaa wani tafii yoo dandesaa hiryaa gara biraa qabachuu yalla Ormoo 24 subscribe godhaa akk kumaa dhibaa gutee badhasa fudhatuu Ormoo 24 mana barumasa keenyaa wani bayy'ee siraa barachaa jiraa jabadhuu
@rozanagash5425
@rozanagash5425 3 жыл бұрын
Hadhas anatu isin dursee Like me
@derartuabera6496
@derartuabera6496 3 жыл бұрын
Uuuuufff 😥dhiirri baraa kanaa malii amanamaati garuu immoo hundaa miti kaa. Akkummaa mukaa jal'adha biraa sirriin jiraa jedhaan sanii Dhirrii jirenyaaf namaa barbadu waan jiruuf obboletii koo atii hiriyyaa kee isaa duraati hin deb'iin inni osoo bultiif sii barbadee kan biraa hin fudhuu turee ammaa immoo atii bultii isaan yoo digdee siif garii mitii waan ta'eef hariroo gara biraa egalii kan Waaqayyoo siif ka'ee hin dabduu
@warkimoza1014
@warkimoza1014 3 жыл бұрын
Wayoo dhiraa Amanuu dhabuneee gara nuu gubatee samuu Nuu marachanii Rabii hojii kesani Isanifii yaa kenuu sammuu Nuu marachanii jirenya lafaa tanaa sobaa tanaa malifi Akkana ta.uu lataa Hadhokoo Ayizoshii Aniisi biyaa Namatii samukoo naa marachee Calisee giftikoo hundii kenyaa midhama qabanaa 😢😢😢😢😢
@faxumamohammed2399
@faxumamohammed2399 2 жыл бұрын
Dhugaa jettee sanyii offii Aniis Akkaana
@hasnaa9786
@hasnaa9786 3 жыл бұрын
Uuuuuuuffe yaa soba dhiiraa. Waanti akka soba dhiiraa. Guddatu injiru 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@rahmaanaji3176
@rahmaanaji3176 3 жыл бұрын
Buulti nama hin digin Rabbin nama birra sif haa fiidu
@samiraahassan4153
@samiraahassan4153 3 жыл бұрын
Ana dhufaa gammee attuu duraa ilalee like sher godhaa obbeelleesaa keenyaa jabeessa
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
Samira koottu maatii waliif haataanu naaf ta.i
@kenoamenu881
@kenoamenu881 3 жыл бұрын
Situu nama hin taanee wajjiin dhaabatee waan ta'eef dhiira hundaa maqaa hin godhiin nama keessa namni jiraati kanaa booda sirreessiitii ilaali atuu ni argitaati nama sirrii
@sumayatube1050
@sumayatube1050 3 жыл бұрын
Dhirri akkas simidhe wallin debbitte jirrachurra .umurrike guttu qofa jirachu sif wayyan jedha ani
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Uuufffiii hara,oo Ossoo baadhasni jiraatee naan badhaaffama dhugaa tokkoffan laaalee jechuule hin jaalaadhuu gaaruu Qiidaamee hara kunoo tokkofffaan bahee
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
Masaret koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta i
@oromiyanikanioromotti4619
@oromiyanikanioromotti4619 3 жыл бұрын
Ya obolettiko kuni jalallaa osoo hin tanee fayidda barbacha kanafuu ati wani rabbi sifi qodde egadhu rabbi guyya qaba adunyaa kanaraa dhira tokko qofaa mitt Kani umamme kumatamaa Kanafu obsa ni Kani rabbi sifii qodee egadhu madaa jalallaa Undduma Kenya qabaa
@zameeramohammed3024
@zameeramohammed3024 3 жыл бұрын
yo buti sana dige sihi fudhe bode iti sihi guba
@moniiyeewelgalijii5227
@moniiyeewelgalijii5227 3 жыл бұрын
Ijjollee dhiraa amaa kessaa dolaraa kenyaatuu jalala kessaa ballesee mo akkamii dubiin....ananii garuu.kan naa dhiibee wa'ee abbaa nanatitii.dhugaa akkamiitii dhala isaa nara bahii jedhaa.😭 garuu dhiiraa hundaa bakkaa tokkotii hin ilaluu 1 jalala bekaa 1 mo shawadduu bekkaa Shamareeniis akkasumaa shawaddamuusii beknaa shawadduusi beknaa wayii tariik.....gamee Telegiraamiin kee hin dalaguu jedhaa.kotuu naa himi
@siifijiraadha3447
@siifijiraadha3447 3 жыл бұрын
Baaga naagah dhuftee gamee🥰😘😘😍😍💔💔💔💔❣❣❣❣❣💘💞💞💞💞
@kiyyalove7181
@kiyyalove7181 3 жыл бұрын
Ayii dhiraa 😢😢
@tedeluteye800
@tedeluteye800 3 жыл бұрын
Kun duubii sobati maatin dhiraa miti nuyi ijoole durbaa fedhii keenya dangesu hin danda'an kanaf irra fagadhu ishiin fudhes dubartuma sifis kan waqqayyoo jedhen adduma jira nagan gara biyya kee galii kan carra kee wajjin jiradhu kun yadda dhufaa kooti kode
@huaweiy9s808
@huaweiy9s808 3 жыл бұрын
Ati,gowadhaa,moo,dhiirr,sidhissee,fudhee,amantaa
@huletexsadiqnegn3755
@huletexsadiqnegn3755 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftee gammee hayyyiii yaa jalalaa baraa kana kani amanamu rakkina qofaa
@feratyjon5445
@feratyjon5445 3 жыл бұрын
obolti tenyàa isa wali hin ta.en jalala qabudule isafi ati jirenya ke bira barbadadhu ishii ini daima wani dhalchef kana booda si fayadu wata.ef hagaa jalale ke rabbii sisi kenuti xaloti godhi male kongumaa isa wali hin ta.en
@walalootewaahidoopeg7458
@walalootewaahidoopeg7458 3 жыл бұрын
kan Waaqni siif qopheesse hin dhabduu waan taheef obsaan hojjii kee hojjeetadhu, mucichaattis hin deebi'iin isheenis dubartii akka teeti waan taatef bor ijoollee keerraatti waanta raawwatu beektu kanumaa Rabbii siif qopheesse kadhachaa egaadhu
@ayuufekadu8754
@ayuufekadu8754 3 жыл бұрын
Qoyii me gamee gafii qabaa anii enyuu gadii me naf himii atii maf misejii sif baresuu maf hin ilatuu bagaa waqayoo akaa ke nama maraxaa hin tahin homaa min ☝️
@sifaansanbato513
@sifaansanbato513 3 жыл бұрын
No lubbu namatu itti baay'ataf toraan deema ta'u danda'a xiqqoo obsif itti hin mufaatin🙏
@bekeleaga3208
@bekeleaga3208 3 жыл бұрын
Hundaa caalaa Ati nama gaarii ta'uf yaallii malee Ati nama gaarrii sif ta'uu hin dhabdu kanaaf, obsi fi jaalachuun duraa qoraachun barbaachisadha.
@sabotuoromouae3871
@sabotuoromouae3871 3 жыл бұрын
Yaa oboleti yoo waqayoo male namin hin jijiramine hin jiruu kanif iraa fagadhu maatini nama diriqisisu hin jiruu waqayoo kani aka gara keti sif haa kenuu
@ayyuubamiir8175
@ayyuubamiir8175 2 жыл бұрын
Dhugaa dhaa lubuu hin jiiruu
@fatimajabal8322
@fatimajabal8322 3 жыл бұрын
Ammas Qr ke nyaachuf isanyaate halulluqatu iti hin deebi'n kaleesi seenadha har'a yaadanoodha
@sifaamamiyyee3306
@sifaamamiyyee3306 3 жыл бұрын
Lubbu too kanii rabbii sii qoodee lafaa jiraa bultii namaa keessaa hin seninii uuuuffffi yaa namaa wadaa jechuun waan guddaa wadaa sentaanii hin nyatiina maloo
@hanaginchi6105
@hanaginchi6105 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
@kamsishaaoro1896
@kamsishaaoro1896 3 жыл бұрын
Wlh anis dhiira tokkoyyu amanee itti dhiyaachu ni dadhabe kunoo kopha koon jira obboleetti koo ani akka yaada kiyyaatti isa itii dhiisi carra gara bira barbaadadhu hireen qooda rabbiiti 🙏
@ummu.zuberiisabahanioromo1792
@ummu.zuberiisabahanioromo1792 3 жыл бұрын
Bullatii nama Tokka hin diginii Obsii wanii Rabbii sifii qodee hin dhabaduu
@kokobeeyeemarayamiiliji1327
@kokobeeyeemarayamiiliji1327 3 жыл бұрын
Malii isaa male hin jiruu dhirii biraa
@mastuukatamaa6033
@mastuukatamaa6033 3 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftee Oromia24!💔💔🙏
@nuuryamamyo4549
@nuuryamamyo4549 3 жыл бұрын
Ibolee tiiyaa inii kaa fuydhee jiiruu taamaa akaa siitii waani teefii buultii naamaa hini diigini ufiii itii heerumufii duura osoo sii jaallatee sii dhisee taabiraa hini.fuudhuu waani teefii
@waqaayyooabadii8524
@waqaayyooabadii8524 3 жыл бұрын
uuuuuuuuffffff yaa jiruu jala baayee nama midha
@waaqayyoojalallaa1380
@waaqayyoojalallaa1380 3 жыл бұрын
Amanamaan waaqayyoo qofa
@user-ud1pm1vp3b
@user-ud1pm1vp3b 3 жыл бұрын
naman ama hin amanamu fofira dhegutu nura dhegama ijolee kenyaa 🤔🤔😍😍😍
@bsmusicshop.4702
@bsmusicshop.4702 3 жыл бұрын
Ati nama kana lanmaffa nagaa hin Gafattin! Utuu sii jaalate jalqabu hin fudhuu
@oromiyaabiyyato.o3522
@oromiyaabiyyato.o3522 3 жыл бұрын
amshir nanati mucati biyya ko
@maskishow8259
@maskishow8259 3 жыл бұрын
Waan off koo akkam gotaa setee isaa gutumati dagadhuu jireenyaa haraa eegalii dursa maa sii dhisee demee osso sii ta'ee karaa hunda'a bloc isaa godhaa hadha tokko jala ilmoo sagaltuu jiraa kutaano qabanan Waan hundii nii siraata bayyee jalatus kan isaa ol jalatuu argachuu dandssa Well com gamicho😍😍😍😍😍😍😍
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufff homa motii kode too is atii hin debinii jirenyaa Gara birraa egalii😭😭😭😭
@workineshgomen6886
@workineshgomen6886 3 жыл бұрын
Ufffffffff seenaa koo fakkatuu naaf dubbatee zimi jedhii iranfadhuu jireenyaa haraa jalqabiin siin jedhaa akka yadaa koti inni osoo dursaa maatiin dirqamsisee sitti himuu qaba turee ergaa sii jalatee wanta isaa qunamaa siitti himuu qaba jalalii dhoksaa fi sobaa sodaa hin qabuu durbii kiyyaa jedhee hojii isaarraa kan sitti sobee oboleti koo kan sii gorsuu irraa citii jabbadhuuti dursumaa kan kee hin turee kee kan rabbiin siif olkahee hin dhabduu ergaa fudhee da'iima godhatee hin jaladhuu siin jedhaa jala hin qabani atii jabbadhuu jalalaa isaaf qabduu balleessi inni ammas birri ketiif sii jalatee hin dhiphatiin isaaf yadaa koon siif ibsee yoon balleesse dhifama wantaa naa qunamee silaa dubbateef waakana naa bareesisee oboleti koo atiis nagaan galii maatii keeti nama milkii ta'ii jireenyaa kee borutif milka'iiiiii
@kiasc7747
@kiasc7747 3 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhufte gaamme 💞💞💞💞💞💘💘💘👍
@boontuutakkitiarsii8622
@boontuutakkitiarsii8622 3 жыл бұрын
Baga nagayaan dhuftee gamachiis keenya
@Ibrahim-ee8fg
@Ibrahim-ee8fg 3 жыл бұрын
Kaan darbe ira wabaradhu jala qaba jalaala keqabu ama masifudha os sijalata tae awaluma sifudha
@hawwiiioro811
@hawwiiioro811 3 жыл бұрын
Dhugaa jetee baredaa
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Mali Abbee caaraa kee meeqa gubbee kunii dhugaa waaqayyoo yoo akka koo ijaa keein iyyuu In illiin jedhaa Anii
@sifaniisanyiitadeebiruusal5137
@sifaniisanyiitadeebiruusal5137 3 жыл бұрын
Abshire Luubbuu
@SorettiyouTube1042
@SorettiyouTube1042 3 жыл бұрын
Giizee amaa kaanaa maatii nii nama fuusiisuu in daadaauu ak kootii dhiisii siin jeedhaa qoomoo too
@user-uc6ux7sf9k
@user-uc6ux7sf9k 3 жыл бұрын
Dhira kana bira walini jalala quluqulu jalaqabi isa kana bira jaladhu ini kuni yerofi siti fayadamu fedha male kana boda kana buluti ketif si fayadu hin fakatu hali hoji isa Gamachisi Namota hedufi sagale tahunu kee hedu nu fayade jira galatomi akasuma barumusa hedusi ira baracha jira
@abcsena6861
@abcsena6861 3 жыл бұрын
jaalaali.Amma.maqaa.qofaa.dhugaan.isaa.hin.jiruu😢
@ababetubeethopia4522
@ababetubeethopia4522 3 жыл бұрын
Anaa dhufuu garamee ergaa koo si gaheraa gamee
@kookeettube
@kookeettube 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffff senaa baay'ee ulfatuuu
@ababetubeethopia4522
@ababetubeethopia4522 3 жыл бұрын
Nabiraa wanii sifii galee hinii fakatuu😭
@gishukukuba8503
@gishukukuba8503 2 жыл бұрын
Hayiiiiiii dhiraa baraa kana kaduna bichaadhaa
@zemanyoutube3150
@zemanyoutube3150 3 жыл бұрын
Obboletii koo dhiissii bultii nama hiin diigiin kan biiraa jaladhu issa dhiissii
@hasanmohammad5457
@hasanmohammad5457 2 жыл бұрын
Ati amanamtuu taanan amanamaanis ni jira
@hawwiimilki4700
@hawwiimilki4700 3 жыл бұрын
Hundi yeroo eegate ni dhufa obsii
@megersagudeta8603
@megersagudeta8603 3 жыл бұрын
Yoo sammuun kee sirriidha tahe itti hin deebi,in dura maaf sidhiise inni si miti mallaaqa kee barbaada jira Haattuu jedhiin.
@amanehusen815
@amanehusen815 3 жыл бұрын
Dhirtii.galmaa.kijibaa.tatee.jirtii.ofegaa.yaa.shamaranii.biyaa.arabbaa.
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 жыл бұрын
Welcome Gammee 💓💓💚💚
@sifaansanbato513
@sifaansanbato513 3 жыл бұрын
Dhirri hommam amanumaa dhabee jechuudha 🏃🏃🏃🏃
@JJ-mr3bs
@JJ-mr3bs 3 жыл бұрын
Caraa kee hin dhabdu itii hin debihin abadan
@oromiyaabalee9118
@oromiyaabalee9118 3 жыл бұрын
Uuuuuuu malo obboleyan koo dhiraf qarashi hin eraginaa garaa ofitu walal hexoo itti dhugaan kan bira moo bulati isani hin digin ini amaa qarashi sira nyachufi gafaa qarashin kee dhume akkuma haraa bulati digen si fudha jedhu sinile hikaa
@birhanebayisa190
@birhanebayisa190 3 жыл бұрын
Obboleetti kiyyaa kan caraa kee barbadadhuu malee kuni jirenyaaf siin ta'uu ammas sii fanaa jirachuuf mitti sobee qarshiikee siraa funanachuuf malee garaa sii lafisee Bolk ofiraa godhii namaa akkasii kanaa
@noorabdullah5784
@noorabdullah5784 3 жыл бұрын
Welcome Gamee kenyaa 💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚
@birqiitadesa3175
@birqiitadesa3175 3 жыл бұрын
Well come gammee
@sshawaa4681
@sshawaa4681 3 жыл бұрын
Wooowww tokkooffan anaa
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
S shawaa koottu maatii naaf ta.i
@jamilaashamsuu1186
@jamilaashamsuu1186 3 жыл бұрын
Keera tenegrami nasimadha nadebisaa
@ayantugetachew8431
@ayantugetachew8431 11 ай бұрын
Gifiti koo Ani ammaa beekumsaa kootin suti hima gooftaan kee kadhadhuuti caaraa biroo yaali😮
@obseekasuu6140
@obseekasuu6140 3 жыл бұрын
Uuufffff waqayo sii jabesu
@obsetube730
@obsetube730 3 жыл бұрын
Yoo akka yaada kiyaa issa walii haasiyi kani barbduuu
@yarabbiiimnanafkeni7276
@yarabbiiimnanafkeni7276 3 жыл бұрын
Na dura lalee hara laki na godha
@kldtube3542
@kldtube3542 3 жыл бұрын
Fafiiyee koottu maatii waliif haataanuu
@seenaaorotube6627
@seenaaorotube6627 3 жыл бұрын
Gaammee bagaa naghaan dhuftee ani sii komadheen jiraa dhugaa dubachuuf bayyeen sii jaaladhaa bayyee kabajaas garuu sii komachuun koo waan biraa miti ergaa koo maliif qilleensaa irraa naaf olchuu didee batii 2 gutuu siif biraa jiraa maliif gaaruu⁉️⁉️⁉️⁉️ debiin sii ergadhaa🙏
@tydg9853
@tydg9853 2 жыл бұрын
Giiftii koo waaqa kee qabadhuu irraa fagadhuu Fuul-durafiis jireenya kee balleessaa malee siif hin ta'uu 😿😿
@alsanmain3817
@alsanmain3817 3 жыл бұрын
Sii soba jiraa yaa obboletii Koo otuu sii jalata ta.e duruma dubarti birra hin fudhu yero Amma kan matin nama hin dirqisisan fedhuma issan fudhe male kaan cara keti waqqayo sii haa kenuu
@raamaramman4724
@raamaramman4724 3 жыл бұрын
Yaa dhiraa bara kana 😥😥😥
@leellisesanyiihaacaluuhund215
@leellisesanyiihaacaluuhund215 3 жыл бұрын
Well come gamme kenya💘💘💘
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 3 жыл бұрын
Argaa isaa dhisi ati hiphatini ati Isatii maa hin debini dhugaa argaa isaa kani kee ta'ee si egaa Eshii oboleti koo
@yedeshimarara7803
@yedeshimarara7803 3 жыл бұрын
Maloo maal godhuu dhugaa dhirrii dhugumaa amanamuu hin dhibeewo 🙅‍♂️🙅‍♂️🙅‍♂️🙅‍♂️
@ayatesema1662
@ayatesema1662 3 жыл бұрын
Maal itti godhuu isaa manaa qabu kan kee waqayyoo siif haa laatu
@caltutuubd9938
@caltutuubd9938 3 жыл бұрын
Namaa ofii isatif biyaa haba demi sin jee debiiee sababa malaqatitii bulok sii godhee Amalee hin mamanin sin jaa anii aka obolumatitii
@waaqayyoojalallaa1380
@waaqayyoojalallaa1380 3 жыл бұрын
Dhisii sitii yaa haafu obboletii ko in qarshii qabadii jedhanii akkasi siin jedhaa maale hin amaninii
@aanooleeentertainment384
@aanooleeentertainment384 3 жыл бұрын
Anatu duraa lalee yes
@dinkechemeda4462
@dinkechemeda4462 3 жыл бұрын
Anadhufu udiikesanu isinajjaladha
@jamaneshbalay205
@jamaneshbalay205 3 жыл бұрын
Yoyaa gamee Love
@mobmob1168
@mobmob1168 3 жыл бұрын
Dhirii Amnamuu in jiruu uuuuuuu
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Wel come game ❤️
@zainbzainbu3135
@zainbzainbu3135 3 жыл бұрын
Obboleetikoo tokko dhufuun dhirumaa dha lamaa dhufuun gadhumaadha jedhuu mangudoon yoo mamakaan
Hiriyyaakoo Anarratti Jaallate
16:26
Oromia 24
Рет қаралды 20 М.
ዮአዳን (ክፍል 18)
32:27
ለዛ
Рет қаралды 473 М.
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 8 МЛН
39kgのガリガリが踊る絵文字ダンス/39kg boney emoji dance#dance #ダンス #にんげんっていいな
00:16
💀Skeleton Ninja🥷【にんげんっていいなチャンネル】
Рет қаралды 8 МЛН
چرا پول سمت تو نمیاد؟
15:27
Arshiyaniha
Рет қаралды 8 М.
OYIMBA A KU MALAWI AKUPEZA NDALAMA ZINGATI PA YOUTUBE? - TILI NDI TOP 10
14:10
Waantan Argee Si Fuudhe Beekta?
15:37
Oromia 24
Рет қаралды 20 М.
Qaamni saalaa Kiyya xiqqaadha| akkamiin guddisu?
15:46
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 327 М.
የእኛ ቀናት #192 ልጆቼ ሰርፕራይዝ አድርገዉ አስደነገጡኝ::
13:02
የገኒ ቤተሰብ Reality Show
Рет қаралды 26 М.
Waa Sadeen Arganne Kana Sirriitti Jabeeffachuun Dirqama
20:01
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 55 М.
Dhumarratti Nama Beekamattin Heerume Hafe
14:59
Oromia 24
Рет қаралды 17 М.
Лайфхаки не нужны
0:28
Miracle
Рет қаралды 1,8 МЛН
Кто из девушек быстрее печатает?
0:58
бим бам бум💥💥 типа..
0:18
Ma1x1
Рет қаралды 7 МЛН
Самый Лучший Дедушка ❤️
0:15
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 1,7 МЛН