Dhima Redin jarti 2ffa fudhe fi rakkoo jiddu kenya ture mati walin maltu tiktok fide? Moo Prank dha?

  Рет қаралды 30,553

Redi adem tube

Redi adem tube

Жыл бұрын

Пікірлер: 471
@bilileenugusee146
@bilileenugusee146 Жыл бұрын
Addaraa redii koo yoo dandesee hadhaa mana keee ganamaa defadhu wajiin jiraadhu ❤❤❤😢
@allaahisonealhamdulillaahe5412
@allaahisonealhamdulillaahe5412 Жыл бұрын
Rabbiin addaan isin hin baasin iinshaa allaah 😢 Rakkoo jidduu teessan jirtu rahmaan daddafee haa furu wallaahi ani lamaan keessaanu ni jaaladha firoon akka gammachuun guddaatuf waliitti deebi'un keessaan anaf hawwii kooti ❤ Iinshaa allaah araraa keessaa rabbiin naa haa dhaagessiisu😢
@aashacook9266
@aashacook9266 Жыл бұрын
Rabbin walitii isin hadebisuu hadhaa man ketiin walhii hadhaa ilmaa ketii rabbin sodadhuu redii yo isin waltee atii bekee tayuu qabdaa bultii kesatii wabayee jiraa obsii hadhaa wraa tee defadhuu rabbii jedhii a
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
As wr wb maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@orotube44
@orotube44 Жыл бұрын
Atii mana kee ganama ji’aa kana hunda sira fagaate garuu nama obsa qabeettii namati ishee mitti dubbii kana kaan basee video keessan lamaanii Redii ati nama garii dhaa Jaalalii moo hundaa caalaa beektaa jireenyi bu'aa bahii qaba garuu jeecha nama osso tanee bultiin kanuma ganama Hiyumaan walitti Dhuftanii waalin guddatani wayaa redi mucaan kee dubachuu batulee gaduu inni dhiisuu 😭isafi jeechaa bultii keessan diguu inni qabdanii itti yaada f 🙏
@foziyahlunsabetiisilamikar1690
@foziyahlunsabetiisilamikar1690 Жыл бұрын
😢😢😢😢❤❤
@samirahirboo
@samirahirboo Жыл бұрын
Hin hasayu ? firaoli 😢
@meribatuentertainment4841
@meribatuentertainment4841 Жыл бұрын
Reddii heduu si jaladhaa atti namaa fudadhaa dhugaa (dhisii ofii kee jirrita
@alewiymenza7301
@alewiymenza7301 Жыл бұрын
Wlh Rabbiin tokkichii walittii isiin haa debbissii Hadhaa firoo wajjii baay'ee Waal irraa babareedduu abshir Rabbiin walittii isiin haa debbissuu inshaa allaah 😢
@foziyahlunsabetiisilamikar1690
@foziyahlunsabetiisilamikar1690 Жыл бұрын
😢😢😢😢❤❤
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
Maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@caaltuuorotube4636
@caaltuuorotube4636 Жыл бұрын
Redi Rabbiin adanii isinii hin basinii Insh allah 😢
@faximamahamad5150
@faximamahamad5150 Жыл бұрын
Hadha mana keti kan duranitin rabii waliti isin hadebisu🌹👍
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
Maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg Жыл бұрын
Uuuufffffff💔💔😭😭😭 Redi Wly Raabbii Gudani wolitti isini hadebisu uuuuuffffff😭💔 wly Qalali hini Rifane Ani dhugaa raabbii💗💗💗😭💔
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
Maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@faxumaali1185
@faxumaali1185 Жыл бұрын
wl wr wb jirtaa fayyadhaa Eid Mubarak my brother
@Aminahusen8396
@Aminahusen8396 Жыл бұрын
Bagumaa pirank ta ee Alhamdulila Alhamdulila ❤❤❤
@naimaisilamaa8441
@naimaisilamaa8441 Жыл бұрын
Dhugaa hadhaa manna tee ammala qabeti sannini rabbi addani siin basin tani yeroo hiyyu futee ❤❤❤😢
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
Maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@momina978
@momina978 Жыл бұрын
Rabbiin addaani isin hin basiini inshaallaah rakko jiruu hunddaa rabbiin furimaataa ittii haa godhu❤❤❤😢😢😢😢
@aybaath1713
@aybaath1713 Жыл бұрын
As wr wb dhugaa jetee Rabbiin umrii siihaa dherssuu jabadhuu🎉🎉❤❤
@user-yh1tp2bc4l
@user-yh1tp2bc4l Жыл бұрын
Welcome ❤❤❤
@romanrom3631
@romanrom3631 Жыл бұрын
Redo Koo Ani Baay'ee Si Jalladha Yeroo Hundaa Gammachuun Na jiraadhuu Amala Qabbeessa Ilmaa Nuuf Jiraadhuu 💜
@ahmadhasan5551
@ahmadhasan5551 Жыл бұрын
Saah dhugaa keeti jabaadhu
@nouraabdulla8365
@nouraabdulla8365 Жыл бұрын
hireen qooda Rabbiiti yoo waliif isiin qoodee addaa hin baatani ❤ yoo waliif isiin hin qoonnee immoo addaa baatani 💔 kaanafu Rabbiiti hirkisaa lamman keessaanu🙏😘
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 Жыл бұрын
Saah
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
As wr wb maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@faayaoromoo4669
@faayaoromoo4669 Жыл бұрын
Walleyikum Sallaam Warramattullh Wabarrakattu Redii ko dhiissii odu namttifi baka hin kenini dhiima Lamen kessanii Rabumtu beka☝️💞✅️
@sumyabegum5618
@sumyabegum5618 Жыл бұрын
Redii koo bayeen siin jalladha hin iphattin hin ciqamiin ❤
@nimonatube6486
@nimonatube6486 Жыл бұрын
Waaqayyo adda isin hin baasiin Redi ati Jabaa namati dhugaa❤❤😊
@oromiyadararibiyakoo
@oromiyadararibiyakoo Жыл бұрын
Redi kena baka gudani sii eynaa baka taneti hin aragamin jarati tee rako isinumau bekaa Rabin woliti isin haa urges Redi kena ❤❤❤❤
@aluttibinti.naasir
@aluttibinti.naasir Жыл бұрын
Mee wayyi jirenyaa adiisira nu barsisi kan darbe sitis issiti madaa kasuu taha amma wayye jirenyaa haraa irra nuf qodime❤
@sofiyagenemo4433
@sofiyagenemo4433 Жыл бұрын
RediiQaalii Namatii Atii.Jabadhuu.🥰🥰🥰
@maddinakaso4132
@maddinakaso4132 Жыл бұрын
Wlh baay,ee naa gadisisee rabbii isini haa arasuun redi rabbii jedhi hadhaa manaa kee kaa ganamati hati firoo defadhuu ❤❤
@sofiaalhassani6347
@sofiaalhassani6347 Жыл бұрын
Dhugaa ketii sanyii ko nufi jiradhu 🌹
@user-cl3ic6ig4d
@user-cl3ic6ig4d Жыл бұрын
😢😢😢mucaa maloo hadhaa Dahimaa defadhuu😢😢
@najatnaja1401
@najatnaja1401 Жыл бұрын
Beekaa koo Rabbiin siwoliin hajiraatu❤❤❤❤ An ergan media irratti sibaruti hedduun sijaalladhas. sikabajas❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jesuusismylife3952
@jesuusismylife3952 Жыл бұрын
wlwrwb Ridyee❤️
@badiriyaedaso4258
@badiriyaedaso4258 Жыл бұрын
Rabbii issinnii haa arassuu❤❤
@kemeriakela9761
@kemeriakela9761 Жыл бұрын
Redii Koo wolmiidhuurra,karaa nagayaan waan qaban addaan qodatanii nagayaan deemuun bareedaadha....wolmiidhuun bu'aa hin qabu..dhibee malee...atis haqa ishee hin dhoksin,isheenis akkasuma..maaliif boru rabbiin nugaafata waan ta'eef...waan achiin gama wolqoraasuun bu'aa hin qabdu.isin laachufuu hireen rabbii harka.Abshir🥰🥰❤❤
@Sabirii419
@Sabirii419 Жыл бұрын
Dhugaa ketii 🥰🥰✅
@aliyhaman5366
@aliyhaman5366 Жыл бұрын
Wl As wr wb akkam jirtaa fayyaa kettii sanyii ko ❤❤❤❤❤❤
@abdijabarahmed8597
@abdijabarahmed8597 Жыл бұрын
❤rabbi nagaan walitti isin haa deebisu jaala keenya qabsaawaa haqaa❤
@badhaatu2052
@badhaatu2052 Жыл бұрын
Wallaahila aziim reedi jechoni kalessa galgala ati hasofte heddu na marare😭 Waan bultiin qabdu kanuma argee beeka😭 Yaa ummata waan jarsaa fi jaarti rabbi beeka dhiisa.wlh bultii jechun akkati ibsan nama ulfata😢 inshallaah rabbin danda.adha rakko gidduu kessan jiru furmata itti godhe walitti isini haa deebisu.gammachu kessan nuha dhageesisu🤲😢😭
@zahraalo2799
@zahraalo2799 Жыл бұрын
Redii yaa habibi kiya hedu sii jalanaa garuu rabbiin adaa sii hin basenii ❤❤😭😭 obsii siraa bareduu
@abebechzawude5549
@abebechzawude5549 Жыл бұрын
Dhugaa ketii Lamii Koo 🥰🥰🥰🥰
@ummufalmaatuu3789
@ummufalmaatuu3789 Жыл бұрын
Rabbii isiin haa ararsuu inshallaa
@zulikaabdulkader1560
@zulikaabdulkader1560 Жыл бұрын
Walhi rabbii adani isin hin basin inshallah
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 Жыл бұрын
😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊 Nama sii see.ani turee
@rahimasaeed1748
@rahimasaeed1748 Жыл бұрын
Rabbii addanii isiini hin bassiinii inshaallhaa yaa rabbii 🤲☝♥❤
@user-lx7jz8gq2k
@user-lx7jz8gq2k 10 ай бұрын
Redi waqayyoon hammaa gidduu kessaani basee dhugaa jiruun waaliin sin haa jirachisuu .obsii qallii koo .❤❤❤❤❤❤😢😢❤
@zxpl7355
@zxpl7355 Жыл бұрын
Adaraa reedi koo hadhaa mana kee duraa gorfaadhuu debifaadhuu ❤❤🥰🥰🥰
@radiyeeorotube8178
@radiyeeorotube8178 Жыл бұрын
Rabii haa lafisuu 🥰🥰
@sumayasummaya6531
@sumayasummaya6531 Жыл бұрын
Waleeykm salaam waraamtluhii wabarakaatuhu
@aboshasha4471
@aboshasha4471 Жыл бұрын
Asake kesatii ati jiibbaa Hadhaa manake hin qabduu wallhii rabiin wan isin laman gidu jiirruu furmata sinf haggodhuu ❤😢
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
Maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Rabbiin waliif isiin haa dhisuu wallaah ❤❤💟
@naziifamuktar3139
@naziifamuktar3139 Жыл бұрын
❤❤❤❤mashallaaa 🤩 ♥️ ❤️
@zabibamuhmad7091
@zabibamuhmad7091 Жыл бұрын
Rabbin walif isin haa jirachisu ❤❤❤❤
@Sabirii419
@Sabirii419 Жыл бұрын
Osso namni hundii akka keti kanati yada tahe mal qaba 🥰🥰
@chch-kb7bo
@chch-kb7bo Жыл бұрын
Radiii jaratii bayee garaa naanyatee guru rabbi adaa isin hin basii ishaall
@fathiafathima3597
@fathiafathima3597 Жыл бұрын
Dhugaa keettii❤❤❤
@kennaa.Tawahidoo
@kennaa.Tawahidoo Жыл бұрын
Waaqayyoo.addaa.isiin.hin.basiin.jalaalla.fi.wali.Galtee.isiinf.haa.bayyisuu❤❤❤
@sumeesumayyaa4054
@sumeesumayyaa4054 Жыл бұрын
Dhugaa jarsaaf jartii Rabbumatu beekaa Rabbiin Akkaa maluu isniif haa tsisuu Oboleesa kooo
@ummuaisha7052
@ummuaisha7052 Жыл бұрын
Obbolessa koo qalii rabbii jechaa si,i jaladhaa ,deeffadhuu matii kee garii tokkee qaama ketii ,ilmoo kee lalii qalii koo maloo nutti kunii walaloodha ,oduu nama ofirraa dhiisi 💔💔😭😭😭🖤🖤🖤❤️❤️
@ajmanajman2885
@ajmanajman2885 Жыл бұрын
Radii ko Waaleyii'kumsaallaam warahamatulaahii waabarakatuu Mashaallah Mashaallah Rabbin siraa haa jaalatuu Kaan si Gooru mannii bektaa kaan si Goorssu akka Obbolummaa tii Gaaruu isheen waan Gaadu daandeessuf Fulduraa isitti hin caafarin of gadi qabaa jiradhaa yeroo dhaaf
@foziyahlunsabetiisilamikar1690
@foziyahlunsabetiisilamikar1690 Жыл бұрын
gamachu maalitu.jira Nama.jalanu jiruni adani.baye.Raabi waaliti isini haa.deebisuu😢😢❤❤❤
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@shawaatube6423
@shawaatube6423 Жыл бұрын
Mashallaah jabadhuu 🎉🎉🎉
@qashattimucattishaasheemom1593
@qashattimucattishaasheemom1593 Жыл бұрын
Yaa Rabbii Namati Silxee Sanii ballaa ittii Ajajii
@adde9938
@adde9938 Жыл бұрын
Omaa sii igotuu uduuu
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 Жыл бұрын
Eeyyee dhugaa keetii aniyyuu kan nadhiba warra bultii nama gidduu galuu rabbiin haa dhisuuf
@sabbotusabbaa7748
@sabbotusabbaa7748 Жыл бұрын
Reedii wayee wara midiyaa dhisii bultii arafadhuu walira baredan❤❤❤❤❤❤
@ayumuhammad4765
@ayumuhammad4765 Жыл бұрын
Dhugaa jetee ❤
@arabeoroyoutube
@arabeoroyoutube Жыл бұрын
Rabbii Ada isinii hin basinii
@safadsafad3524
@safadsafad3524 Жыл бұрын
redi koo beka sabaa koo hundaa situ beka garu rabi isini ha arasu❤
@daisyhmmdae349
@daisyhmmdae349 Жыл бұрын
😢😢😢😢😢 Redii koo maloo hadhaa manaa kee dhifatee hinii deamniii❤❤❤❤❤
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Wallaah media kana irraa silaa bahuu bataan akka duraa sanitti dhoysaa jirataan Anaaf gammachuu dha wallaah bilaah ❤❤❤😭😭☝
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 Жыл бұрын
Dhugaa bayyee sii jaaladhaa ilmaa biyyaa kiyyaa rabbii addaa issiin hin baaddinii sii mittii kaan goddamuu mucaa keettii
@hayathay1373
@hayathay1373 Жыл бұрын
Maashaa allhaa r..koo galatomii
@ashauae
@ashauae Жыл бұрын
Uuuuffffiii Reddii dubbinii Sunnii dhugadhaa Garuu Rabbii Addaanii isinnii hin Basinnii wly❤😢😢😢
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 Жыл бұрын
Dhugaa keettiidha raabbiin waalittii Isni ha deebisuu Inshaa allah
@sadiyaaahmed9171
@sadiyaaahmed9171 Жыл бұрын
Rabbii isii hin basinii
@mediiorotube4821
@mediiorotube4821 Жыл бұрын
Mashaallah tabarak allah obboleessa kenyaa qalii rabbin siraa ha jallatu jedhaa kee kanafii
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@zenafares5741
@zenafares5741 Жыл бұрын
Dhugaa argadhuu uuf nama keenya girrigirri jedhe raachun 😥🤝🤝💔💔💔 Jabaadhuu leenca keenya gaarumman kee itti yaa fufu
@sadamshow9484
@sadamshow9484 Жыл бұрын
RABIIN waliti sin ha debisuu Jaalalaaf kabajaa kessan ganamaa RABIIN sinif ha debisu kan sin waliti debitani da'imaa kessan gudisatan rabin nu ha dhagesisuu inshaa Allah
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@sadamshow9484
@sadamshow9484 Жыл бұрын
@@sandabastudio5518 ws wr wb jalqabuma matii keti lubo ati yo nan tane tahe naf tahi 🥰
@saraoromo3883
@saraoromo3883 Жыл бұрын
Ridii duyaii nutii isinf gonuu kunii rakoo isin jiduu jiruu haa hikuu inshalahuu wly mee komtii dubisii sabin kee hadhaa iloo ketii wolin sii jaltaa mashaa allaah tabarak allah rabin umrii nuf isin haa dhersu rakoo jiduu kesanii rabin haa fixuu gamachuu nuu haa dhagesisuu inshalahuu wolitii debitanii kesan nuu haa dhagesisuu 😢🎉❤nutilee Alhmdulilahii jenaa rabin wan huda harkaa qabuu rako kesan haa furuu yaa rabii atii nuf dhagayii
@Bontuu457
@Bontuu457 Жыл бұрын
Redi koo Mee Rabbii jedhii Kessan Naa dubisii Hadhoo koo 🙏❤️
@ameenaam954
@ameenaam954 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭☝
@almasasafa6695
@almasasafa6695 Жыл бұрын
Rabbii.walittii.sinadebisuu.ishaa.Allaah❤️❤️😢😢
@MajliisasheikhAbdunaasir
@MajliisasheikhAbdunaasir Жыл бұрын
Akkasuma obboleeyyan warreen qur,aana barachuu feetan huruufaa wajjiin koottaa baradhaa yaroon Ammaa
@user-lf2um3si9m
@user-lf2um3si9m Жыл бұрын
Rabbiin isiin haa laafiisuu
@safiyyaashashee7689
@safiyyaashashee7689 Жыл бұрын
atii garuu namitii saan dhisii waan feete tatuu rabbiin woliti isiin haa deebisu ❤❤❤ hadhaa firoo qaallii❤❤❤
@kuledadawud9835
@kuledadawud9835 Жыл бұрын
Rabbiin waaltii isiini haadebiisu ishaalhaa raakoo kessanii rabbiin qoftuu bekaa asaa namatii bakaa ikeenini
@user-tc4xu7jz8k
@user-tc4xu7jz8k Жыл бұрын
Jiradhuu wagaa kumaa ilmaa Abaan seraan gudisee dhirsaaf nittin waloluun harawaa mittii Rabiin dubiin tesaan hattattaman isinii haa fixuu inshaa Allaa❤❤❤😢😢😢😢😢
@oromootiyyaa4632
@oromootiyyaa4632 Жыл бұрын
Yaa.redii raabii si haa ijaruu maalee si hi digina 😢🙏
@jamilaayoutube4270
@jamilaayoutube4270 Жыл бұрын
Rabbiini adaani issinii hin bennee inshalaa
@obsinantube6914
@obsinantube6914 Жыл бұрын
Walekumasalm Wrmatullaahii Wobarakatu Annaa dhufuuu Redi ko Abshiruu yaa Ummataa haddarraa dhisaa nama dhunfaa kessaa hin galiinaa wayyi jarasaaf jarati kan bekuu abuumaa sannaf Rabbiin maalee namani bekuu hin jiruu 😢 Rabbiin siif haa tolachuu
@saraoromo3883
@saraoromo3883 Жыл бұрын
Anii gafii mitii ridii jartii tee defadhuu matifii firotanifii worii kelee jartii tee tan awalaa sif filataa sabinii badhalen isindhan wolin sii jaltaa atii fedhii lubuu kee bichaa jalaa figinii wly qalbii nuu cabsitee heduu nuu gadisiftee nutii heduu sii jalanaa mee sabaa kee malif ufii jibisiftaa 😢 kotuu hadhaa ilmoo ketii defadhuu duayii sif gonaa rabin afan quranaa isin haa godhuu duniyafii akairatilee isin haa milkesuu inshalahuu Hadhaa firoo wolinii qashtiwan koo hadhaa firoo safuu egatii mee itii yadii atumtuu dubaa namtii amaa san qoradhuu😮
@um5269
@um5269 Жыл бұрын
Abshirr reedii dubii hadhaa manaaf abba mana isanumafi matituu rakoo jidu jirtuu furaa warrii akkanuman media irraa iyyuu kunii namottuma waan hojatuu dhabedhaa
@adde9938
@adde9938 Жыл бұрын
Atii iagedatii ok dhugaa atii ofumaa agefaduu rediii atiii itii isii umataaa
@safeenasafeena1087
@safeenasafeena1087 Жыл бұрын
Rabbiin wolitii isin haa debisuu abashir
@sifaanArsiiLijii
@sifaanArsiiLijii Жыл бұрын
Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha tabarakaa umrii nufiidheradhuu leecaa dheera dhu
@sifaanArsiiLijii
@sifaanArsiiLijii Жыл бұрын
Rabbin wali tii isin hadeebiisuu ishaallah
@seenaabadada2987
@seenaabadada2987 Жыл бұрын
Waqayo adaa isani in basiin 😢😢
@musxafaamusxafaa9688
@musxafaamusxafaa9688 Жыл бұрын
Pls redii mucatimaa sanii fudhinii dhiftulee wly oboletii mobarak hin fudhin pls 😢
@gennetgennet9621
@gennetgennet9621 Жыл бұрын
rabi adani isini hini basinii redii hadha manaamuca ketini adaraa❤️❤️❤️😥😥😥😥😥😥
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 Жыл бұрын
Redii Rabbiin Adda isiina hin bassan Wajjiin umurii dheeraa jiraadha hamtuun si argiin ❤️😍
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@nurituu9207
@nurituu9207 Жыл бұрын
Rabbii isinii Haa lafsuu Rabbii addaa isinii basinii 😢😢😢😢 dhugaa rabbii rabbii sii Haa ararsuu😭😭😭
@naanijawar9097
@naanijawar9097 Жыл бұрын
Redi dhugaama raabi jeedhi ati nii fuute haadha firoo dhifetii 😭😭😭😭intaala dhiraa 5 waajin suraa isii qulaa midiyaa iraa deema jiruuu tan fuute 😭😭😭😭😭yom futelee intaala sirnaa taa kabajaa qabduu futuu😭😭😭😭wly raabin waaliti isiin haa debisuu haadha firootin uuuuuuf kesaa kootu madahee wly😭😭😭
@ummuasiyaummuasiya-gh5tr
@ummuasiyaummuasiya-gh5tr Жыл бұрын
Rabbiin walitti isiin haa debisuu 2fudhu rakkoo qabuu hunduu risiqi ofii nyaata Rabbiin
@jemalabdulhekim3458
@jemalabdulhekim3458 Жыл бұрын
carraa takka nuuf kennaa mee yoo rabbiin laaffise isin araarsinaa❤
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@caalaakaamis9523
@caalaakaamis9523 Жыл бұрын
Osoo deefte gaarii turee garuu redi❤
@sandabastudio5518
@sandabastudio5518 Жыл бұрын
Maatii naaf tayii qalii nama galatomii
@aminakader5745
@aminakader5745 Жыл бұрын
Rabbi wolitti isiin hadeebisu
@trrt7993
@trrt7993 Жыл бұрын
dhugaa jeete gaaltomi qaalii keenaa 🙏 ♥️ 💚 ❤
@zamzamamanzamzamaman1980
@zamzamamanzamzamaman1980 Жыл бұрын
Dhugaa rabbii ani dhirraa akkaa kee dhageftaa turee hin qabu dhugaa Yoo jartee hiktee dhirraa hin amanu
የእኛ ቀናት #192 ልጆቼ ሰርፕራይዝ አድርገዉ አስደነገጡኝ::
13:02
የገኒ ቤተሰብ Reality Show
Рет қаралды 18 М.
Useful gadget for styling hair 🤩💖 #gadgets #hairstyle
00:20
FLIP FLOP Hacks
Рет қаралды 10 МЛН
Finger Heart - Fancy Refill (Inside Out Animation)
00:30
FASH
Рет қаралды 28 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
00:42
Аришнев
Рет қаралды 3,7 МЛН
ይሄ ሁሉ ሴራ ግን ለምን??😭😭😭😭😭
15:39
Emebet Kassa
Рет қаралды 61 М.
ዮአዳን (ክፍል 18)
32:27
ለዛ
Рет қаралды 460 М.
Девушка ограбила мажора, но…😳
1:00
Trailer Film
Рет қаралды 8 МЛН
Don’t Stealing 👵Moral Stories for kids #kidsvideos #goodhabits #youtubekids #cartoon
0:21
Elizabeth and Briceida Learning & Fun
Рет қаралды 10 МЛН
@juanchinbrodie #comedia #humor #juffec #felipecharry #amigos
0:15
Felipe Charry
Рет қаралды 8 МЛН
Toothbrush Glove Hack !?
0:16
Dental Digest
Рет қаралды 11 МЛН