Dhugaa Bahumsa Far. Tamaam Faris

  Рет қаралды 13,497

Rebuni  Media

Rebuni Media

Жыл бұрын

Dhugaa Bahumsa Faarfata #Tamaam_Faris 😢😢
#RebunMidea
Dhugaa Bahumsi kuni akkata inni itti amantii #Muslima keessa bahe fi akka inni itti #Seexanaa wajjiin hojecha turee of kan ofi keessatti hammatudha ,kanaafuu namni hundumtu dhaageeffachu qaba.
#DhugaaBahumsaa ajaa"ibasisadha.
#like
#share
#subscribe
#comment
#Dhugaa #Bahumsa #Faarfata #Tamaam Faris. Akkata inni itti #Gooftaa amanne, akkata #jireenyi isa jijjiraame.hojjii inni utuu gooftaa hin amanni hojecha turee. Keessuma hojii xonqa'uma ( namatti tolchu) , hojii inni jinni wajjiin hojjecha turee seena of keessaatti kan hammatudha.
#RebunMidea
#RebunMidea
#faarfannaa
#egeree_media
#waaqayyo
#wakjiratube
#araara
#moa
#christarmy
#worship
#jaalala
#Lidiyaderase
#oboro_media
#oboro_media
#obdii
#etvnews
#obs
#SolomonAlemu
#solomonadugna
#yadesashiri
#TamamFares
#AbraahamTarre
#Biqilakebede
#Dasedula
#jaalala
#hirkoo
#oromo_best_prank
#oromo
#gospelmusic
#oro
#orotiktok
#omn
#wakjiratube
#berekettesfaye
#egeree_media
#dawit
#AddisuuWaayimaa
#oduu_afaan_oromoo
#oduu
#oduu_mohaa
#RebubinMidea
#mezmur
#muslim
#afaan_oromoo

Пікірлер: 86
@ararse-be1ch
@ararse-be1ch 2 күн бұрын
Yesus guddadha aleluyaaaaaa❤❤❤❤
@gaaddisee-tv8uz
@gaaddisee-tv8uz 3 ай бұрын
Bagaa waqayyoo mana isatti si wammate❤❤
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 4 күн бұрын
Yesuus gooftaadha
@RobeTakele
@RobeTakele 2 ай бұрын
Gola rakkinaa sanatti Baga goftaan sin hambisin.
@Abukii77
@Abukii77 3 ай бұрын
ati amanta muslima irra hin ture falfala baracha turte jechudha
@zufankitila2894
@zufankitila2894 7 ай бұрын
Wow ulfadhuu yesuus❤❤❤❤❤
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 7 ай бұрын
Amen amen. Gooftaa haa galatu.
@DirribaTasfayee
@DirribaTasfayee Жыл бұрын
BBB gariidha waaqayyoo guddaa isiin haa eebbisuuu jabadhaa hojiin kaanti
@AbarashTamiru
@AbarashTamiru 6 ай бұрын
Ulafadhu iyesusi 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@yesusabdiikotii1419
@yesusabdiikotii1419 Жыл бұрын
Yesus goftaa dha ebifaami ebifaami ❤❤❤
@DirribaTasfayee
@DirribaTasfayee Жыл бұрын
Waaqayyoo guddaa isiin haa eebbisuuu
@user-mw8ou6jy7q
@user-mw8ou6jy7q 3 ай бұрын
Ameen Ameen
@gosaalemu5755
@gosaalemu5755 4 ай бұрын
Tamu dubbiin afaan kee keessaa bahu lubbuu namaa ijaara
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 4 ай бұрын
Gooftaan si haa eebbisu
@glorytogloryglory8777
@glorytogloryglory8777 8 ай бұрын
Lord god hallelujah,thank you king of king jesus❤️🙏
@smartsix4121
@smartsix4121 Жыл бұрын
Ulfadhuu iyesus 🙏
@hannabarecha8808
@hannabarecha8808 11 ай бұрын
Ameeeeen ebbifami hadheko ❤❤❤❤❤❤❤
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 Жыл бұрын
#Yesuusi Gooftaa dha Moo'aa dha Yesuusi Jesus is Lord
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Amen amen. Yaada keef galatoomi 🙏. Ayyaanni gooftaa sif haa baayyatu 🔥 KZfaq keenya subscribe nuf godha👉kzfaq.info/love/eupD-oh7LuKeOzxwOtACEw
@MarriamTanatra-nk3nc
@MarriamTanatra-nk3nc 9 ай бұрын
Amen ebbifami dachaa Faar Tamaam
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 9 ай бұрын
Channelin Rebuni Media gara fuula duratti hojii gurgudda qabate dhufa jiraa, kanaafuu subscribe gochudhaan maatii ta'aa, akkasumas subscribe gochudhaan nu Jajjabeessa. 👉 youtube.com/@Rebunimedia7
@zabuzabu3660
@zabuzabu3660 5 ай бұрын
Amen amen amen amen amen
@user-hs3ix9ke6u
@user-hs3ix9ke6u Жыл бұрын
Ameeeeeeen Iyesus kiristos Goftaadha Haleluya
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Much Grace.
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Channelin Rebuni Media gara fuula duratti hojii gurgudda qabate dhufa jiraa, kanaafuu subscribe gochudhaan maatii ta'aa, akkasumas subscribe gochudhaan nu Jajjabeessa. 👉 youtube.com/@Rebunimedia7
@ekramsweets2051
@ekramsweets2051 4 ай бұрын
Ojin Waqayoo dinqi dhaa
@user-ec2ho4go5l
@user-ec2ho4go5l 24 күн бұрын
Wwww.dhoksaa.jiinii.waqayoo.karakee.ifaa.basee.nuus.waa.bayee.siiraa.baranee.waqayoo.baraaf.jiireenyaakee.haa.ebiisuu.kanuumaa.caalaa.gara.diinaa.gubii.ameen.ameen.nuus.itii.jabanaa🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@user-rn5xs8cs3c
@user-rn5xs8cs3c 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰
@kingaction7052
@kingaction7052 Жыл бұрын
Woww hojii gooftaa dinqiidha.
@neni2773
@neni2773 Жыл бұрын
Iyasusu mo,aadhati galni sifi haa ta,au obolesa kenyaa bagaa fayyisa bar bara isa hndumati nama furu argte 🙌🙏
@user-er3mt3om9l
@user-er3mt3om9l Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@DaribuAsafaa
@DaribuAsafaa Ай бұрын
ameeeen
@user-bi9or7fk6z
@user-bi9or7fk6z 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@asteermitiku3299
@asteermitiku3299 Жыл бұрын
Ameen ebbiffammaa
@mohammedade991
@mohammedade991 7 ай бұрын
@user-qu2oi4bb5u
@user-qu2oi4bb5u 2 ай бұрын
A❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GemedaBedane
@GemedaBedane Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤A
@Jalto-j4c
@Jalto-j4c 18 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-lx3gg5br5k
@user-lx3gg5br5k 9 ай бұрын
Ameeeeen
@DalalMohammed-ue6xn
@DalalMohammed-ue6xn 14 күн бұрын
Baga waqayoo si yadate oblesa koo
@bontubontu4749
@bontubontu4749 15 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@darooarsii
@darooarsii 6 ай бұрын
Ameen ❤❤❤
@adisgamaada5720
@adisgamaada5720 Жыл бұрын
Waqaayyoo bagaa jalaa sibbassee far' Tamu mucaa kakuu👏👏 iyyesus kenyaa jabbadhaa dinotarrati wan hundumaratii Maltuu issa gittaa
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Gooftaa si haa eebbisu 😍. Linki KZfaq keenya hiriyota keessanif share godha. Please subscribe gochu hin dagatina. Much Grace
@Abukii77
@Abukii77 3 ай бұрын
warra falfalaa
@gizuutube413
@gizuutube413 Жыл бұрын
Rebuni mediyaa wel come nagaan waqayoo mana kanaf haa ta'u 🙏❤️dhugaa batti adda tti! Bagaa waaqayyoo dukkana keessaa ifaati sii basee Far/Tamamma.. Link you tube kee Kara Telegram qabadheen dhufee jabadhuu barefamma kee irraa waan bay'e baradheen jiraa Eebbifama
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Galatomi, gooftaan si haa eebbisu. Much Grace
@user-tv7mh8zc9y
@user-tv7mh8zc9y 4 ай бұрын
Hojiin seexaanaa fimusiliimotaa jechuudhaa?
@Hana-ld2id
@Hana-ld2id Жыл бұрын
Ameen baga Waqqayyoo dukkanaa keessaa garaa ifaa isaa dinqisisatti sii fidee Tammam Faris naman ani baayee jaaladhu fi kabajuudha
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Amen amen. Yaada keef galatoomi 🙏. Ayyaanni gooftaa sif haa baayyatu 🔥 KZfaq keenya subscribe nuf godha👉kzfaq.info/love/eupD-oh7LuKeOzxwOtACEw
@zabootube1769
@zabootube1769 Жыл бұрын
Ifaa gara dukaa demee malee 😂Amanati islamaa ifaa jiruutii ❤
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
@@zabootube1769 Karaa tokkichi gara Abbaa tti gessu Yesus qofaadha. 🤗
@Hana-ld2id
@Hana-ld2id Жыл бұрын
@@zabootube1769 kkkkk hojjin xibaraa ifadha dukkanadha malee warra sammun siin hadoodee siin Kirstanumaan jireenyaa nuti dhugaaf haafuuran waaqeesuu malee jinni sooru hin beeknuum xeebduu
@hayat690
@hayat690 Жыл бұрын
Ammmeeeen eyesus gofta dha
@senaii9990
@senaii9990 Жыл бұрын
❤❤
@takaludabalaa8968
@takaludabalaa8968 Жыл бұрын
𝗬𝗲𝘀𝘂𝘂𝘀 𝗺𝗼,𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗹𝗲𝗹𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮
@anuwaartube5906
@anuwaartube5906 2 ай бұрын
Ati naayijeeriyaaf sudaanota akkasuma warra seexana saahiba godhatee rabbi biratti waaqa tolfamaa gabbaraa tureedha malee muslima hinturre yesuus ykn iisaan ibraahim yahquub ergamoonni rabbii hundi muslima turan Bakka yesus wangeela keessatti bakka pheenxee ykn kiristiyaana ta'aa jedhee dubbate boqonnaasaa lakkoofsosaa wajjin nuuf himi
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 2 ай бұрын
Hayyee. Karaan tokkicha gara Abbaatti geessu #Yesus_Kristoos qofa. Isaatti amaaniin Jireenya bara baraa argadhu. #yesuus si jaallata 😍
@anuwaartube5906
@anuwaartube5906 2 ай бұрын
@@Rebunimedia7 karaa tokkichi yesus itti uummata waame isa kaminni karaa jechuun maal jechuudha
@anuwaartube5906
@anuwaartube5906 2 ай бұрын
@@Rebunimedia7 Egaa yommuu kadhattan, ‘Yaa isa waaqa irra jirtu abbaa keenyaa! Maqaan kee qulqulluu ta'ee haa eegamu; mootummaan kee haa dhufu, jaalalli kee waaqa irratti akka ta'u, akkasuma immoo lafa irratti haa ta'u! Akkuma nuyi warra nu yakkaniif dhiifne, yakka keenyas nuuf dhiisi! Qoramattis nu hin galchin, hamaa nu oolchi malee; [mootummaan, humni, ulfinnis baruma baraan kan kee ti. Ameen!]’ jedhaa! *10 26:42 *12 18:32-33 *13 26:41; Yoh 17:15; 2Tas 3:3; 2Xim 4:18 Maatewos 6:9-10, 12-13
@anuwaartube5906
@anuwaartube5906 2 ай бұрын
Eessatti bakki yesuus ani rabbii keessanii na kadhadhaa jedhe
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 2 ай бұрын
@@anuwaartube5906 Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture.” - Yoh. 1:2 Inni kun kan inni jechaa jiru yesuusin ilaalata;kanaafuu inni kun,yesuus kun waaqayyo bira ture jechuu isaatti. Yesuus har'dha kan maariyaam irraa dhalate otoo hin taane duruman kan ture waaqa barabaraatti.hiikaadhumti Yesuus kiristoos jedhu ,hiika mataa isaa danda’e qaba.kana jechun #Yesuus nama isa karaa maariyaami irraa #foon uffattee dhalatte yoommuu ta'u, #Kiristoos jechun isaa immoo masii ilma waaqayyoo isa dibame jechuudha.Maariyaam irraa dhalachun yesuus kaayyoo cubbuu irraa furuu dhala namaa yoo ta'e iyyuu yesuus kiristoos kaleessa kan ture waanti hundinuu karaa isaa kan uumame,isaafis kan uumame waaqa barabaraatti.uumamaa uumamtpotaatti. Biyyi lafaa isa hubachuu dadhabuu ishiidhan malee,biyyi lafaa yesuusuman uumamte. “Inni biyya lafaa keessa ture; #biyyi_lafaas_isumaan_ta'e; biyyi lafaa garuu isa hin beekne.” - Yoh. 1:10 Beekuu dhabuu keessaniif malee inni siin uume yesuusidha. “Guyyoota bara isa dhumaa kanatti immoo ilma isaatiin nutti dubbate; Waaqayyo #ilma isaa kanaan #waaqaa fi #lafa_uume; waan hundumaas harka isaatti kennuuf isa dhaabe.” - Ibr. 1:2 Akkasumas...“Wanti waaqa keessa jiruu fi wanti lafa irra jiru hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii waaqaa keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaatanutn isaan uumaman; wanti hundinuu karaa isaa uumame, isaafis uumame.” - Qol. 1:16
@seenaazerfu5444
@seenaazerfu5444 Жыл бұрын
Jesus is lord 💪💪💪💪💪
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Thanks 🙏. Much Grace 🤗
@daveman2341
@daveman2341 Жыл бұрын
Hojiin Waaqayyoo dinqiidha
@hawiadugna2992
@hawiadugna2992 Жыл бұрын
ilmi Waaqayyoo hojjii sexxanna Digguuf dhufee Jedhee Abbaan kenyaa Yesus Ameeeeen baga Waqayyoo si waame Hadhooko I am
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Amen amen. Yaada keef galatoomi 🙏. Ayyaanni gooftaa sif haa baayyatu 🔥 KZfaq keenya subscribe nuf godha👉kzfaq.info/love/eupD-oh7LuKeOzxwOtACEw
@user-jn1py7mq6x
@user-jn1py7mq6x 4 ай бұрын
ጌታ ሀይላኛ ነው አሜን አሜን ኡኡኡኡኡኡኡኡ ተመስጌን😅😅😅😢😢😢😢😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@ayantoayanto4532
@ayantoayanto4532 Жыл бұрын
Ameeeen ebifami
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Amen amen . Ayyaanni gooftaa sif haa baayyatu 🙏. KZfaq keenya subscribe gochu hin dagatina 👉 kzfaq.info/love/eupD-oh7LuKeOzxwOtACEw
@seenaazerfu5444
@seenaazerfu5444 Жыл бұрын
Wow
@zeritu8501
@zeritu8501 7 ай бұрын
Kun dhugadhamo yee tamam mali kun
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 7 ай бұрын
Hojiin Gooftaa baay'ee dinqiidha.
@feyisaifa2540
@feyisaifa2540 Жыл бұрын
galatoomi ergaa guddaa nuuf dabarsitee! yeroo tokko tokko immoo faarsaa kee nuuf faarsi tamee
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Amen amen. Yaada keef galatoomi 🙏. KZfaq keenya subscribe gochudhaan maatii ta'aa.👉 kzfaq.info/love/eupD-oh7LuKeOzxwOtACEw Ayyaanni gooftaa sif haa baayyatu 🥰.
@kingaction7052
@kingaction7052 Жыл бұрын
Yesus fayyisadha
@biliseekuubii2347
@biliseekuubii2347 Жыл бұрын
Baayyee Ebbifamaa 🙏 Achuman KZfaq koo subscribe naaf godhaa na jalaa gubani ISA duraa😢
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 Жыл бұрын
Galatomi. Subscribe gochun bira dhabbadha
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 Жыл бұрын
Waqayoo bekadhaa
@MeseretGeshu-mf4ry
@MeseretGeshu-mf4ry Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@singerSuraZewude
@singerSuraZewude Жыл бұрын
Hojiin Waaqayyoo dinqiidha
MO'AA TV Sinbirtuu Mo'aa. Galgaluma tokkottin fayyee bule.
52:13
Iron Chin ✅ Isaih made this look too easy
00:13
Power Slap
Рет қаралды 33 МЛН
Dhugaa baatii Addaa Nama duhee kaahe 2023/2015
27:28
Qunbi media
Рет қаралды 29 М.
Irra hejjete miillikoo! Singer Tamam Faris
6:55
TAMAM FARIS OFFICIAL
Рет қаралды 30 М.
Dhugaa baati  Kana sirritti dhaggefadha  itti Ebbifamtuuti.
38:59
Rev. Teka Dinka
Рет қаралды 4,1 М.
Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin
1:22:28
Dhuga-baatii ajaayibaa: Faarfattuu Seenaa Caalaa
17:19
Maannaa tube
Рет қаралды 31 М.
Tamaam Faaris- Wanta ati anaaf goote (yaadannoo hindagatamne)
8:03
Miressa Morka
Рет қаралды 274 М.