Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama) kutaa 1

  Рет қаралды 399,090

AANAA ENTERTAINMENT

AANAA ENTERTAINMENT

2 жыл бұрын

🔥🔥🔥 WELCOME TO AANAA ENTERTAINMENT🔥🔥🔥
Facebook Adress: kzfaq.info?even...
AANAA Entertainment OBN wajjiin wal ta'uun yeroo hunda dilbata waaree booda sa'atii 11 irratti isin biraan ni gaha.Dabalataanis , Chaanaalii You Tube AANAA Entertainment qofa irrattii akka daawwatanif aferamtanii jirtuu.Dafee akka is qaqqabuuf 👉SUBSCRIBE, SHARE, LIKE fi mallattoo bilbilaa xuquun hin dagatinaa!
Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama)
We are here to deliver amazing and high quality Oromo entertainment videos, Afaan Oromo Drama (KIYYOO...) to the world.
ENTERTAINMENT VIDEOS. 👉 / @aanaaentertainment7834
CONTACT US :
AANAA ENTERTAINMENT PLC
Address: kolfe keranio Sub City, Wase Alamrew Building
3rd Floor
Addis Ababa, Ethiopia
E-Mail : aanaatube@gmail.com

Пікірлер: 678
@anuoromtittii7633
@anuoromtittii7633 2 жыл бұрын
An haa dhufu ❤❤🙌Drama afaan oromoo hedduun jaalladha ittiin boonas garuu rakkoo guddan ni jalqabama malee hin xummuraamu osoo danaa'ame rakkoon kuni nuuf furamee garii dha oromoo koo 😭😢❤🙏
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 жыл бұрын
Mati naf ta'i sanyii
@anuoromtittii7633
@anuoromtittii7633 2 жыл бұрын
@@JamilaaMoosisaa tole
@kebedeabu
@kebedeabu 2 жыл бұрын
Galatoomaa 🥰🥰🥰💯💗💌🙏🤝✍️🤛👏
@irbuutube2899
@irbuutube2899 2 жыл бұрын
Guddaa (sinaan) issaa istabuliiti waarabnee hin daagatiin 😁😁 Hoojjii garriidha jaabadhaa ittii fufaa nutiis dhirqaama kenyaa Haa banuu oromoo koo❤💚❤👈
@addisalema.abdella5666
@addisalema.abdella5666 2 жыл бұрын
This is the best drama series I have ever watched in Ethiopia. I can't wait to watch the next episode! Congratulations Yigeremu, Solen, Merry and all other actors and actresses. I really enjoyed watching it. Your hard work will pay off. Best wishes.
@kwtkkwtk4498
@kwtkkwtk4498 Жыл бұрын
Uuufff dhuga baguma oromo tatani wlh hedu gammada afani oromotini dirqma akkanati dasi nama jedhu kana nuu qophesu kesanifi isinia jaladha kiyyoo dirama frsi♥️
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 Жыл бұрын
Galtaa Rabiif artisttin oromo gudachaa jira 💪🏽🌳
@safeenasafeena1087
@safeenasafeena1087 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤ Heduu namatii tolaa oromoo ergaa guddaa qabaa galatomii jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ezekielfikiru916
@ezekielfikiru916 2 жыл бұрын
Amazing sound quality, costume design, vedio quality, background music , the actor and actress quality... Baayyee aja'ibaa... Now I got what to see on KZfaq...my favorite drama series.
@sameeramohamad4612
@sameeramohamad4612 2 жыл бұрын
Waawoo diramaa kana hedduun jaalladhe❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰🥰🥰👌👌👌
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Habibti mati naf tayi
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Samera mati naf tayi
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 2 жыл бұрын
Bagaa nagan dhufitan obbollotako woww bayyee namaatii tollaa jabadhaa ittii fufaa dhugaa😍😍❤❤
@imuutube6949
@imuutube6949 2 жыл бұрын
Anatu dura lale like naf tuqa mee oro tiyya
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please imu
@tememamusa4762
@tememamusa4762 2 жыл бұрын
Oro koo jabdhaa bay,ee namatii tolaa diraman kessaan🥰🥰🥰🥰👏👏
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Temema mati naf tayi
@mergitudereje6500
@mergitudereje6500 2 жыл бұрын
Kan ofi akkam namati tola Hundi keessaan 1 kofadha dhugaa Deemsi itti Fufa!!!! 🙏🙏🙏🙏👌👌👌👌
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Mergiye mati naf tayi
@kt1651
@kt1651 2 жыл бұрын
ኦሮምኛ ለማንሰማ ደሞ subtitle ቢኖረው ጥሩነበር
@iftushame231
@iftushame231 2 жыл бұрын
Dhugaa dubachuuf oromon amma heduu foyoytee Akkanumaati jabadhaa itti fufaa
@mulugetayilmachew2866
@mulugetayilmachew2866 2 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftani! ✋🙏 "Jaalala Lakkuu" osoo waliin ilaallu chiikii takka xabbasadheera!😃 Kana boodammoo ishii waliin wal hammannee "Kiyyoo" hanga xumuraatti hordofna!❤❤
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Sanyi mati naf tayi
@mominabaareduoromo982
@mominabaareduoromo982 2 жыл бұрын
Kkkkk
@keessikotub1784
@keessikotub1784 2 жыл бұрын
wwwoo itii Nufi Fufaa
@dhidhiibacabakoyesus1421
@dhidhiibacabakoyesus1421 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkk
@ganohajji2596
@ganohajji2596 2 жыл бұрын
Wwwwe🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@bilisumaahmed777
@bilisumaahmed777 5 ай бұрын
Filmii Afaan oromoo keessaa kan akka Eelaa garaa nu booresse hin jiru Jabaadhaa jajjabaadhaa
@misshalimahalima870
@misshalimahalima870 2 жыл бұрын
Woww baayee namati toltu jabbadha Oromo koo ❤💚❤
@wudeenguru4953
@wudeenguru4953 2 жыл бұрын
Namoni diraaman kun sinittii tole like 👍fidaa
@solomonwakene6943
@solomonwakene6943 2 жыл бұрын
Wow diraama #KIYYOO baayeen jalaadhera qulqullina bareeda ilee kan qabu ana duwwaa miti namni baayeen ilee akka jalaatu abdiin qaba Kanaaf isin nuf jabaadhan dhamsa koodha 💞💕💕
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank aja.ibaa daawwadhu♥️🙏💝
@furtuutube
@furtuutube 2 жыл бұрын
I appreciate you Well come ORO kiyyaa with KIYYOO drama waan baayye namatti tolu keessattuu haalli warabbii Fi qulqullina sagalee kan Oromoo boonsudha hojii gaaridha.
@MrFedlu
@MrFedlu 2 жыл бұрын
Daran hedduu namatti tolaa guyyaa itti gadi dhiistan torbee irra utuu darbuu baatee gaariidha. Oromiffaa waliin haaguddisnuu. Hojii baayyee bareedaadha jabaadhaa
@kiyyaatube6392
@kiyyaatube6392 2 жыл бұрын
Aboo baayyee nama tola jabaadha itti nuuf fufaa ❤️❤️ ofittus nu dabalaa isin waliin taanee aartii keenya waliin guddifnaa
@zeddwallaggaa3076
@zeddwallaggaa3076 2 жыл бұрын
Baga nagaaan dhuftani natu dursee 👍❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please zedd
@birakemer9310
@birakemer9310 Жыл бұрын
I have no word to explain this film. It's the best episodic movie I've ever watched which is not only in Oromic language but is also from Ethiopian movie.
@oro-ambotube4159
@oro-ambotube4159 2 жыл бұрын
Baay'ee waan jajjabeeffamudha. Dawwachuudhanis ta'ee waan biraan isin bira jirra. Jabaadha!
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiikoo prank aja.ibaa daawwadhu ♥️🙏
@almasahmad5494
@almasahmad5494 2 жыл бұрын
ኦረምኛ፡ድራማ፡በጣም፡ደስስስ፡ይለኛል፡በሪቱ፡በዚው፡ቀጥሉበት
@gulumaturuna6867
@gulumaturuna6867 2 жыл бұрын
Wow! really fantastic Afan oromo movies so far. I will expect new and great things from you all guys, in your drama series. please keep going and put us one step forward by everything as a citizens
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@danielabate7181
@danielabate7181 2 жыл бұрын
welcome back specially for solan and mery. wow it is so good series drama....... video quality 100% sound quality 100% and keep working ur best namatti tola jabaadhaa!
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@nafyadti3318
@nafyadti3318 2 жыл бұрын
I will wait for next am watching from oromia laga xaafo
@sabotuoromouae3871
@sabotuoromouae3871 2 жыл бұрын
Dirma kesani bay.ee namati tola jabadha
@ebesamekonnen2119
@ebesamekonnen2119 2 жыл бұрын
jaalladheera hedduu ! hanga kutaa itti aanuutti ....i cant wait......
@gumaadeebisaa5977
@gumaadeebisaa5977 2 жыл бұрын
This is the best drama series I have ever watched in oromia. I can't wait to watch the next episode! Congratulations Yigeremu, Solen, Merry and all other actors and actresses. I really enjoyed watching it. Your hard work will pay off. Best wishes. then iti is best life!
@misganubacha6851
@misganubacha6851 2 жыл бұрын
Wow the best series I have ever seen Oromo series film with best quality video. I can't wait to the watch next episode.
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@murtesaawel6018
@murtesaawel6018 2 жыл бұрын
Baayyee namatti tola! jabaadhaa
@DinqeeAlamayyoo
@DinqeeAlamayyoo 2 жыл бұрын
Wooow dhugaa bayyee namati tolaa nuuf jabaadha uuuuffff garaa nm rasaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please dinqee
@libandare7276
@libandare7276 2 жыл бұрын
Waaww jaabbaadhaa ittii fufaa baay’ee barreedaa Gudaa essaattii baadee dhuuftee
@daannoohabtamu2553
@daannoohabtamu2553 2 жыл бұрын
Baayye namatti tola jabaadha
@mureshow1758
@mureshow1758 2 жыл бұрын
Dhugaa dirama afan oromo keessa diraman ijoollee aanaa enter.. hedduu natti tola keessaafuu jaalala lakkuu baay'ee natti mi'ooyti jabaadha isin faana jirra dirama akka jaalala lakkuu kuta kutadhan nuuf dhaleessaa baay'ee isinjaalanna galatoomaa.
@ebasasarka3170
@ebasasarka3170 2 жыл бұрын
Well done! Please do more! Excellent stories unfolding with gripping suspense.... Outstanding cinematography... Strong acting! Love it!
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@oromiabaloochannel3250
@oromiabaloochannel3250 2 жыл бұрын
Guddaa,meeluu the best actor the others also best amazing Cameea man i have no word for you
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 жыл бұрын
Mati naf ta'i sanyii
@israelkumera4401
@israelkumera4401 2 жыл бұрын
really amazing movies ! Akka malee dansa bagaa nagaan dhuftan cimina keessan kanan gara fuula duratti cima hojjeedha sol keesuma Diraamaa kiyyoo wanti adda isa tasisu Taatoota ciccimoo qabate dhufun isa gaariidha, akkasumas qulqullina sagaalee iddoon warabbii isas namatti tola nuuf jiradha hanga xumuratti isin waliin jirra.
@wariyoedea7902
@wariyoedea7902 2 жыл бұрын
I am so excited for next episodes 🙏🙏🙏 isiniin boonna, waan adda ta'e qabatanii nuuf dhufatani itti nuuf cimaa🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏
@DAWATUBE
@DAWATUBE 2 жыл бұрын
wariyo qaaliko fedhakee yoo ta'e maatii naaf ta'uun na jajjabeessi.
@mazgetube2147
@mazgetube2147 2 жыл бұрын
Diraamaa Baay'ee natti toledha jabaadhaa itti nuu fufaa. Sin jallanna❤️❤️❤️❤️❤️
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please maz
@mazgetube2147
@mazgetube2147 2 жыл бұрын
KZfaq'n kee kanumaa?
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 жыл бұрын
Mati naf ta'i sanyii
@mazgetube2147
@mazgetube2147 2 жыл бұрын
Tolee KZfaq kee naaf ergi
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 жыл бұрын
@@mazgetube2147 profile kana gidi tuqi isuma kana 🙏
@yedeshimarara7803
@yedeshimarara7803 2 жыл бұрын
Wow well come Aanaa entertainment
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please yede
@xaayusanyihaacluuhundesaa9423
@xaayusanyihaacluuhundesaa9423 2 жыл бұрын
owowowwoowowwo baay.eee daasii namaa jedhaaa
@zerihunsisay07
@zerihunsisay07 Жыл бұрын
What a Wonderful Movie! fantastic video quality, great actors and actresses,!
@msabontuormo8887
@msabontuormo8887 2 жыл бұрын
Bayyee namatii toltuu ormoo ko jabadha ❤️❤️❤️🌹🌹
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank aja.ibaa dawwadhuu❤💚💚
@werkiyetefera8035
@werkiyetefera8035 2 жыл бұрын
Wow so nice and serious drama, all thing's are so Great continues 👍👍👍🙏
@gulumaturuna6867
@gulumaturuna6867 2 жыл бұрын
I know that great things takes a time, but I hope you will have huge endurance and motivation to acheive your goals. keep going! I can't wait for 150
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@hamziyageme7377
@hamziyageme7377 2 жыл бұрын
Welcome diramchi egala bareda 🥰🥰dhumas akka kana cala, Daran akka midhagu abadin qaba jabadhaa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Baredu mati naf tayi
@diribeeehiteeehitemariyami8446
@diribeeehiteeehitemariyami8446 2 жыл бұрын
Bayee namati tolaa jabadhaa iti......
@dadhittiidrinttallaawallag5671
@dadhittiidrinttallaawallag5671 2 жыл бұрын
Malloo jabadha hawwidhaan siin egana oromo koo❤💚❤💚
@bodexkumela8552
@bodexkumela8552 2 жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf nu boonsitan your are my #1 pls be fast 4 the next episode
@khaliltube6830
@khaliltube6830 2 жыл бұрын
Baayee namatti tola jabadhas
@solomongababadaudi4721
@solomongababadaudi4721 2 жыл бұрын
such a captivating play, will always be looking forward to you guys coming up with such amazing acts
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@genetbelay9929
@genetbelay9929 2 жыл бұрын
Baay'uma bareeda. Waraabbiin isaallee qulqullina qaba. Can't wait to watch the next scene
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please genet
@hayathassan5394
@hayathassan5394 2 жыл бұрын
Wow amazing I love it ❤ 👍👌
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 Жыл бұрын
I saw that big beautiful portrait of Haccaluu in the background and I loved it. 🥺💜
@ahmedindha2940
@ahmedindha2940 2 жыл бұрын
Jajjabaadha oro ko baayyee namatti tola
@amina-5308
@amina-5308 2 жыл бұрын
Bayee namatti tola 💗💗💗
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 Жыл бұрын
Wow diramaa kunii debiee dhufudatii gamachuu gudatuu natii dhagamaa jabadhaa 😭😭💖💖
@hawiteklu2420
@hawiteklu2420 2 жыл бұрын
Shemizi mucha sana jijerafii seguràja yerondaa efetuu
@sooreetube9726
@sooreetube9726 2 жыл бұрын
Wooowww waan ofii kun heedduu nama maarara❤️❤️❤️❤️
@betiibetii765
@betiibetii765 2 жыл бұрын
WOW jabadhaa heduu baredaa
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
💝💝💝❤️❤️❤️💓💓💓💓💯💯💯💘💘💘💘💘Gudaakoo Sii jaladhaa Kodeekoo
@LOOCCEEENT
@LOOCCEEENT 2 жыл бұрын
i mean ths is dope Afan oromo series movie , keep up the great work guys
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please onetu
@monettubeofficial4563
@monettubeofficial4563 2 жыл бұрын
Jabaadha Oromoo Bayyee Bareda film Afaan Oromoo Hedduu Yanee Jiraa Baga Nagaayaa Nuf Dhuftan Fulaa Duraaf bifaa film ti Akka Nuf Hojataa Jabadha Jabadha wah Hunda Isin Cinaa Jiraa O Koo Oromiyaa Kutaa Hundaa Keessaa Demaa Hojaadha Fula Namootaa Kuta Hunda Keessaa Jira loqqoodaa Hundaa Keessa Galchaa Namootaa Muxxannoo Qaban Barbada Waliti Fidaa Hojadha Jabadhaaa
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 2 жыл бұрын
Wawuu hedduu namati toola 💚💚💕💕💓💓
@summayyasumi8302
@summayyasumi8302 2 жыл бұрын
Jabaadhaa Bayyee namaatitolaa❤❤
@MakiiAdem
@MakiiAdem 10 ай бұрын
Wooow well come back kiyyoo dirama
@lilifirdissa2451
@lilifirdissa2451 2 жыл бұрын
Woww baa'yee namati tolaa jabadha ❤💚❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please Lili
@nejihaahmed3095
@nejihaahmed3095 2 жыл бұрын
My oromo Tiya we have the best drama don't miss I really like good job thank you 👏 👍 👌
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@tamirattefera8769
@tamirattefera8769 2 жыл бұрын
Dhugaadha! Qulqullina waraabbiirraa kaasee waan hundisaa nutti toleera.Jabaadhaa!
@gullalleetube8754
@gullalleetube8754 2 жыл бұрын
Jalalaa lakkuu baga nagan dhuftani
@HawwiiTube-pb7xu
@HawwiiTube-pb7xu 11 ай бұрын
Wow bayyee namatii tolaa 🎉🎉🎉🎉
@kenenifekadu1529
@kenenifekadu1529 2 жыл бұрын
diraamaa baayyee bareedaadha.jabaadhaa!
@tamimagana5365
@tamimagana5365 2 жыл бұрын
Wowowoyene konjocii bayeebaredanii hojinii kesanii bayee namaa tolaa itii fufaa hadaraa adanii hin kutinaa malee love lamii koo
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please tamim
@hrjiabdisa1835
@hrjiabdisa1835 2 жыл бұрын
Artistoonii wariii hàraa jajabdoota isiiiniis
@lovetheuniverse1160
@lovetheuniverse1160 2 жыл бұрын
Watching from Atlanta, GA I love it 👍 it's awesome 👍
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@ebatube7685
@ebatube7685 2 жыл бұрын
Wow so amazing drama, pls be hurry for next episode.
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@zamzamesther8551
@zamzamesther8551 2 жыл бұрын
Galatoomaa jabaadha. Namatti tola.
@jituuoromiyaa5976
@jituuoromiyaa5976 2 жыл бұрын
Bayee baredaa galatoomaa jabadhaa
@takelehirko4488
@takelehirko4488 2 жыл бұрын
jabaadhaa isin duukaa jirra
@kalkidanteklu8293
@kalkidanteklu8293 2 жыл бұрын
I'm so excited for part 2😍😍😍😍❤❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please kalki
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 жыл бұрын
Mati naf ta'i sanyii
@hawidesta7792
@hawidesta7792 2 жыл бұрын
Welcome back oromo koo thank you
@gedagobena2181
@gedagobena2181 2 жыл бұрын
hojii boonsaadha jabaadhaa ! Aartii oromoof hojii akkasiitu malaafi ❤❤
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiikoo prank aja.ibaa daawwadhu ♥️🙏
@jamelahaji7752
@jamelahaji7752 2 жыл бұрын
Hin bareduu jabadha jabewani kenaa iti fufaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please jamela
@yeshitech2000
@yeshitech2000 2 жыл бұрын
Yigge jabaadhu. Itti fufi.
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank aja.ibaa daawwadhuu💚❤❤
@shitomoha6927
@shitomoha6927 2 жыл бұрын
I love this movie so much can’t wait for the next part
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@d.rpiyaarjalaala7084
@d.rpiyaarjalaala7084 2 жыл бұрын
Matii naf thii mee subscribe naf godii oromoo koo
@GetiTube
@GetiTube Жыл бұрын
Woiooooo🥰🥰 drama afaan oromo baayee bareda ta. Edha itti nuuf jabadhaa
@sifanhasansifanhasan1761
@sifanhasansifanhasan1761 2 жыл бұрын
Duran dursse baga naga nufi dhuftan welcom ☕🥛🍰🥂wow dirama hedu qalbi nama fudhe nufi fiddan akka kan itti anu hawwiidhan egaa jiruu hin irafatina fayya taha 🙏
@uaeu3800
@uaeu3800 2 жыл бұрын
woww bareeda
@faxumaaabdullahabdalaa9827
@faxumaaabdullahabdalaa9827 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰jabadhaa wanii ofii
@ineshabayinesh2225
@ineshabayinesh2225 Жыл бұрын
bayy'ee namatii talaa jabadhaa 🥰👌🥰🥰🥰🥰
@obsa4408
@obsa4408 2 жыл бұрын
Glad you're back😍😍😍
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please obs
@kiyajems6809
@kiyajems6809 2 жыл бұрын
Am from Australia 🇦🇺 I love oromo drama 🤣
@gada_daily
@gada_daily 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i please
@oromobareeduu3498
@oromobareeduu3498 2 жыл бұрын
Atii oromo miti
@polly1581
@polly1581 Жыл бұрын
Thanks bro❤❤❤
@KennaOLii37
@KennaOLii37 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@kiyaa88
@kiyaa88 2 жыл бұрын
bayee namatii tolaa jabadhaa feta zena ittiin jecha jiraa wara kenyaa
@amicatilahun9396
@amicatilahun9396 2 жыл бұрын
Wuuuuuuw Abo level kan biraadha kun 😍😍😍😍
@tolesadiriba9151
@tolesadiriba9151 2 жыл бұрын
Jabadhaa
@mitikugeremu854
@mitikugeremu854 2 жыл бұрын
jabaadhaa jara keenya
@biyyaakooorommiyyaa4089
@biyyaakooorommiyyaa4089 2 жыл бұрын
Wwwwww oromo tiyya damma dammuu ⚘ ♥ ❤ 😍 🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤jabadha itti fufa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Habibti mati naf tayi
Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama) kutaa 2
30:58
AANAA ENTERTAINMENT
Рет қаралды 218 М.
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
КАК ДУМАЕТЕ КТО ВЫЙГРАЕТ😂
00:29
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 9 МЛН
Beautiful gymnastics 😍☺️
00:15
Lexa_Merin
Рет қаралды 15 МЛН
ዘንባባ 200ሺ ብር😂😂
11:08
Faya tube ፋያ
Рет қаралды 2,2 М.
ልብ ያለህ (#LibYaleh) Official Music Video
6:53
UNICEF Ethiopia
Рет қаралды 705 М.
🛑ተላምዶ መለያየት ከባድ ነው😱
26:58
Marke Tube ማርኬ ቱዩብ
Рет қаралды 14 М.
Mastewal,yedenek and Mesay@mimisaddisrestaurantandlou1723
25:46
Mimis Addis Restaurant and Lounge
Рет қаралды 39 М.
DESS | ደስ - Libela | ሊበላ New Ethiopian Music Video 2022
4:12
Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama) kutaa 61
49:46
AANAA ENTERTAINMENT
Рет қаралды 288 М.
The thieves pulled a prank on the Policeman ! 😬👮🤣
0:38
BOGDANCHIKI
Рет қаралды 5 МЛН