Dirree Waloo - Dubbii Marii Biyyaalessaa

  Рет қаралды 11,322

OMN

OMN

Ай бұрын

Join this channel to get access to perks:
/ @oromiamedia

Пікірлер: 39
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Dhugaa dhaa Namichi kuni marii osoo hintaane marattuu dhaa Rabbi ummataa keenya irraa isaa Ha buqqisuu ☝️ Translate to somali
@kedirireyssa6535
@kedirireyssa6535 Ай бұрын
OMN dhugamaan Miidiyaa Oromooti. DR.Asabaa Raggaasaa Hayyuu bilchaataa Umrii isaatii ol yaadu Fiduun keessaan heddu nama Gammachiisa. He was my history teacher (African History) during my under graduate study.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤ Humna leenjisa Qolachuuf hayyuun Gaaddisaa kanaf ijjis waraanaaf qabeenyaa Ummaataa kanaf waliin OMNIPRESENT hawaasni qooda bahikaa jechama deemnaa!!!!!❤❤❤❤❤
@BilkisaMohammed
@BilkisaMohammed Ай бұрын
yaanni hayyoota keenyaa akka gaaritti natti tole jira!! Dr.sulxan Abda hayyuu koo baga waan yaada ketii san itti cabsite!!
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 Ай бұрын
Mariin biyyoolessaa hin . Kan dubbataa jiran " BI'AADEEN fii OPDO. Dha . Kan hoogganu ammoo G7/EZEMA . Kanuma . Mr. ABIYI AHMAD ALI illee nuuf himan . Waanti isin irratti mariyachuu dandeessan hamma kana qofa . Kana irra dabruu hin dandeessan : jedhee jira . Kanaa akka mariin hin jirre hubadhaa .
@user-ok6jy8sk1m
@user-ok6jy8sk1m Ай бұрын
Yoyyaa harka fuunee Mariin guyyaa har'a bayyee namattii tole kanaaf nuuf jabaadh
@habtamutesfayeduressa8233
@habtamutesfayeduressa8233 Ай бұрын
Kadiiroo, bagan si arge; baay'ee si yaadeen ture. Hundi keessanuu galatoomaa, horaa bulaa, deebanaa.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Marii walii dhageeffatu hawaasaa Bultii talks
@abdurahman-lq1mz
@abdurahman-lq1mz Ай бұрын
yaa shanowwan yaannih kheesan ganamah badee galgalli dukkana fuullikheesan durah
@user-rp7tk8vu6x
@user-rp7tk8vu6x Ай бұрын
Duruma itti yaadamee waan itti galame waan ta'eef wanti jijjiramu hin jiru. Kana namuu beekuu qaba.
@rozaoromo217
@rozaoromo217 Ай бұрын
Kadiiroo koottuu deebi'i gama media keeti odoffannoo nuuf qooddaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Mootummaan osoo marii Biyyooleessaa teenyee From government ifaa gurruma/riqicha freehogganttootaa keenyaa maalif Seerris Biyyii itti dhagayamuu didee Mirga namoomaafi Gaaffii deebi'ee dhabnee waraanaa Mirgi ? Yoo jiraaree maaf stayed with hawaasaa ijaarsa freehogganttootaa keenyaa
@rametotibeisso69
@rametotibeisso69 Ай бұрын
Falmiifi marii yoo ta'e namoota yaadan wal falman dhiyeessa . ilmi namaa wa bu'uura hunda dura naga filata abbaan fedhe haa fiduu naga. nama dhuunfa irra hojii irra dubbachu wayya. dammaqin Ummata waan jiruuf abbaa fedhe akka durii raasu ni Ulfaata. paartii maqaa sabaa qofaa ijaaramte biyyaaf naga buusu mitii ofiifuu walii galuu hin dandeenne ,maqaa Sabaa qofaan daldaluu qofaa.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Dirree Waloo Nageenyaa geejjibaarraan Kan osoo dhageenyee??kayyoon hafee Kan osoo arginee hafee TOKKUMMAAN gaafa dubbii kaasee Eegumsaa Dhoksaa lafti Ethioforrum falmii gaddaa b/c humna dhageeffatu Dhibee gurrii namuu Baatee deemee😊
@WaaraaRoba
@WaaraaRoba Ай бұрын
Itoopgiyaa loolaarraa jirrttii bilisumaa oromon qaweedhanii dhuffaa wbon haqaan faalmaa jirraa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤ Eegumsaa Marii walii dhageeffachuun Furnata Nageenyaa Didanis Eegumsaa lubbun jala murree osoo deemnee =Geejjibni international injection ida'amuun mandisni Hawaasaa 😊
@azuuleetube
@azuuleetube Ай бұрын
Haqa. Marii gammachiisaadha.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Iccittii tasumaa hin arginee kanaaf =karaan falaa!!!!
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Elmuuyadaayojanee iittiichuugafatii diirooyadaa yojanee rafteebasuugafatii dhadhafii eybiigargarii akkatiinhubadhaa
@dradebagemechugobena6245
@dradebagemechugobena6245 Ай бұрын
National dialogue is a unification of the county - nothing else
@sinboooromiyaa2597
@sinboooromiyaa2597 Ай бұрын
Akka kadiiroon bade oduun keessoo bilxiginnaa keessaa bahun amerika galu dhiifte kadiroo koottu oduu keessoo bilxiginnaatu sii wama
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz Ай бұрын
Yooyaa OMN gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖💞💞❤️❤️💕💕👍💯☝️
@HasaanHusseen-pq8et
@HasaanHusseen-pq8et Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-th9lp3yz5j
@user-th9lp3yz5j Ай бұрын
Welcome
@chalaAdema7980
@chalaAdema7980 Ай бұрын
@MasratNuse
@MasratNuse Ай бұрын
😭😭😭😭❤❤❤
@ebsamohamed5845
@ebsamohamed5845 Ай бұрын
The Oromo as a people don’t have anything that we can solve through negotiations with the representatives of ortho Amhara empire the Opdo. The only time we could perhaps sit down and talk to them is only after independence . On issue pertaining to good neighborliness etc other than that we are wasting our time.
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Asiiratiiyaniikunii galmagahaa eyeeniigahaanja.aa abiiyiiwaangodhuudhabee akkamataasaniitiin iifiiratiifaramangodheejiiraa yarootakkadhabadhaa harkaqomarakayadhaa mataakeysaniiqulquleeyfadhaa nanooteysaniisqulquleesaa jachuuhiidhageenyee wagaalamageenyee abafaramatee yadaxumuuraawantaheef lubuurahuufudhatuun diirqamatahuusatiin hubadhaa takkarshaleenfedhaa jiiratuunfedhaa abaafiilataa
@riyaddawud
@riyaddawud Ай бұрын
Motumman. Kun. Oromodha. Akkafeete. tatus. Dantta. Saba. Isanirrati. Yoo xiyyefame.gaari. ture. Jabadha. garu
@user-rp7tk8vu6x
@user-rp7tk8vu6x Ай бұрын
Rakkoon keenyaa inni guddaan asi irraa madda. Mootummaan Saba Oromo lafa irraa daguugaa jiru mootummaa Ormooti jedhanii nama amansiisuuf yaaluutu cubbuu hamaa dha. Anaaf mootummoota darban caalaa diinnii Oromo inni guddaan mootummaa amma sadarkaa kamittuu aangoo irra jiru dha jedheen amana.
@awelmohamme9655
@awelmohamme9655 Ай бұрын
Kediro jebadhu
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 Ай бұрын
There is no so called marriii biyolessa, this is prosperity party convention, about how to build their maffia and mobs
@ahmedadem2568
@ahmedadem2568 Ай бұрын
Why you guys talk for 1hr. 5-10minutes is enough to address this issue
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 Ай бұрын
Prosperty party doesn't need national dialouge, they are creating maffia and oligarchy governing
@ahmedumar817
@ahmedumar817 Ай бұрын
Oromo please stop sitting idle. The only last solution is Remove Opdo EPP dictator Abiy Ahmed by military forces. Bravo OLA
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 Ай бұрын
What marrii biyalessaa you are talking aout ? this is not national dialouge, this is prosperity party convention,,
@bureesubbee1933
@bureesubbee1933 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Slow motion boy #shorts by Tsuriki Show
00:14
Tsuriki Show
Рет қаралды 8 МЛН
How Many Balloons Does It Take To Fly?
00:18
MrBeast
Рет қаралды 177 МЛН
OMN Horn Odeessaalee Adoolessa 25, 2024
1:08:57
OMN
Рет қаралды 16 М.
OMN: Business Oromoo Minnesota keessatti.
8:04
OMN
Рет қаралды 1,7 М.
Donald Trump speaks for the 1st time on the assassination attempt
14:17
FOX 9 Minneapolis-St. Paul
Рет қаралды 10 МЛН
OMN: Simannaa Dr Alii Shabboo Minnesota, USA
1:00:53
OMN
Рет қаралды 2,6 М.
Full Debate: Biden and Trump in the First 2024 Presidential Debate | WSJ
1:38:19
The Wall Street Journal
Рет қаралды 21 МЛН
OMN:   Haasawa Prezd  Oromiyaa fi dhimmoota waytaawoo
1:24:51
Slow motion boy #shorts by Tsuriki Show
00:14
Tsuriki Show
Рет қаралды 8 МЛН