Namaaf waan gaarii yoo goote Waaqayyo waan gaarii siif godha! (Ambo town prank)

  Рет қаралды 31,454

DOONII MEDIA

DOONII MEDIA

Күн бұрын

#dooniimedia#subscarib#sher#like

Пікірлер: 525
@madanitbayisa8148
@madanitbayisa8148 Жыл бұрын
Wooww amoo waqayoo baraaf jirenyaa kee haa ebisuu 🙏❤bakaa ati figichaan hatotaa qabduu sanatii bayumaan kolfee🤣🤣bayee barumsaa gudaa qabaa ebifamii namaa waqayoo darbii jiradhuu❤❤❤❤
@blentube3002
@blentube3002 Жыл бұрын
mati na tahime😍😘
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏❤❤
@HabteBesa
@HabteBesa 4 ай бұрын
Wow Amoo Waaqayyoo jirenya kee A ebbisuu akkuma waan gaarii yaadu gaariin siif hayyadu👍♥️
@caaltuubaanchee8552
@caaltuubaanchee8552 Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf yeroo baayye karaa ati ittin wangeela dhugaa baatuu yeroo baayye na dhiba fr.amanuel ebbifami guddasaa Video kanarraa waan bayyen hubadhe dhugaa jabadhu Obb.ssa kenya fr.amanuel
@nagosidxb9488
@nagosidxb9488 Жыл бұрын
Amoo Abbaa hiyeesota ebbifama muca goftaa uuffee akkam namati tolta goftan baraf jirenyake haebbisu
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏❤❤
@asteralamu4390
@asteralamu4390 Жыл бұрын
Uuuffffff waqayyoo baraa kee hunduma dacha dachaani sii yaa ebbisuu
@intaalaoromoo4084
@intaalaoromoo4084 Жыл бұрын
Bariikee haa ebbiffaamuu obbolleessakoo amanuel waan hedduu nuu barsistee
@obsemami7678
@obsemami7678 Жыл бұрын
Kkkkkkkkk ajayibaa dhuga waqayoo bara kee haa ebbisuu nama waqayoo shamaran warra dhirra caluu ❤️❤️❤️❤️
@blentube3002
@blentube3002 Жыл бұрын
😍😘mati na tahime
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤❤🙏
@pashdupashdu959
@pashdupashdu959 Жыл бұрын
Amoo waqayyomitii barrakee ha eebbisuu dhugaa
@user-kv9sx1ku4h
@user-kv9sx1ku4h 9 ай бұрын
Waaqayyoo hamma.iyyuu nama dhugaaf jiraa si.haa tasiifatu eebbifami❤❤❤❤❤
@wifiwifi7589
@wifiwifi7589 Жыл бұрын
Amoo Keenya waaqayyoo baraf jireenya keessan haa eebbisu baruumsa guddaa of Keessaa qaba
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffeeeee yaa ijoollee nanaa yoon akkam jedhen isin eebbisee quufaa ani inni waanuma hundaa garaarra jiru isin haa eebbisu malee ani maalan jedha dhugaa
@saraabbabayyo9417
@saraabbabayyo9417 Жыл бұрын
Waqayoo ebbaa waqaf lafatiin sii haa ebisuu ebifamii ❤❤❤🙏🙏🙏
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏❤❤❤❤
@liliitube8344
@liliitube8344 Жыл бұрын
Jabadhuu jabba kenyaa waaqayyo baraf jirenyaa kee yaa ebbisuu ebbifamaa
@Abonesh835
@Abonesh835 Жыл бұрын
Wwwwwwwòooooooo waqayyoo barra kee gutuu saa Eebbisu Ebbifami Amanule
@mulusisay628
@mulusisay628 Жыл бұрын
Goftanii barafii jirenyaa kee haa ebisuu ebifamii
@kemartibikobiko9123
@kemartibikobiko9123 Жыл бұрын
Uuuufffeeee waqayyoo baraa kee haa ebbisuu ebbifami dachaa dachaa Amee
@kayofeyisa4174
@kayofeyisa4174 Жыл бұрын
Namni akka hubbatan saagaleekee otoo faayadmntee baay'ee gaariidha.waaqayyoo barakee guutu haa ebbisuu
@user-mi8qv4lp8d
@user-mi8qv4lp8d Ай бұрын
Wawu baaye namati toola dhugaa ebifamma baaye ❤❤❤❤❤❤❤
@burteburte2985
@burteburte2985 Жыл бұрын
Ebifam ebifam ebifam ebifam ebifam ebifam ebifam waaqayyoo jireenya haa ebisu ebifam
@sinbooshawaa4307
@sinbooshawaa4307 Жыл бұрын
Wow waqayoo si haa Ebisuu Ebbifami dachaa dachaa waqayoo si haa Ebisuu hadhookoo
@Derartu-wg4do
@Derartu-wg4do 2 ай бұрын
Amuu koo waqayoo si haa ebisuu ebifamii♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏
@nanatiinurruu174
@nanatiinurruu174 Жыл бұрын
Mucaa kana jiradhuu atman mee magalaa hundaa demii waan kanaa dalagii barumsaa qabaa❤❤❤
@user-pi3lx9zt2z
@user-pi3lx9zt2z 5 ай бұрын
Ammeeen waqayoon dachaa dachaan sin has ebisuu❤❤❤❤❤
@randashi7815
@randashi7815 Жыл бұрын
Wawwooo.bayyee.namatii.tolaa Ebifamii.ijolee.waqqayyoo. Akkasumaa.namon.meda.kan Ordofa.jirtani.iraa.baradha.wani Garii.gochuu.yadaa.wali.jajabesaa. Obolota.koo.waraa.dadaphan Wali.lafaa.kasuu.yalaa.karaa. Obolesaa.kenyaa.Amanule.ebifamaa
@hawitolasa6041
@hawitolasa6041 Жыл бұрын
Eebbiifamii saa eebbiisuu wqyoo bara jireenyaa kee guttuu ❤❤❤❤🙏🙏🙏
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Maatii naf taii
@taaddutube3200
@taaddutube3200 Жыл бұрын
Woowwwww bayyee namati tolaa dhugaa waaqa shamaraan keenyaa qaxaalee waan Amoo baraa gesee 🥰🥰🥰🥰
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.i
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@tigisttafesa6638
@tigisttafesa6638 Жыл бұрын
Uuuuuufff ebifami gooftan baraf jirenya kee haa ebisu dacha dachaan ebifami bayye namatti tola
@obsunfurmata437
@obsunfurmata437 Жыл бұрын
Waqayyoo baruma jiratu amma bara baratti sii yaa gargaru ebbifami amee
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadho
@hkkoqabiyesus3238
@hkkoqabiyesus3238 Жыл бұрын
Amukoo jallaatamaa mucaa waqaayyoo goftaankoo olii waqaraa sihaa ebbiisuu hadhookooo
@bojakebeofficial5720
@bojakebeofficial5720 Жыл бұрын
Uuuuuufffeee Amuukoo eebbifami Qaxaleekoo waan guddaa irraa Baradhe
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.i
@hkkoqabiyesus3238
@hkkoqabiyesus3238 Жыл бұрын
Shamaraantuu caalaa amanamummaa uuufffeeee nufii jiraadha shamaroocheekoo
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p Жыл бұрын
Waaqayyoo baraaf jireenya keesanii haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@boontuudhabasa164
@boontuudhabasa164 Жыл бұрын
Waqayyoonii barraa kee ha ebisuu hadhookoo jabadhuu bekkesaakoo
@myphone7481
@myphone7481 Жыл бұрын
Farfaata kenya hojii bay'ee namaat toolu barumsa of kessa qabu yeroo hunda hojjachuu keet gudda gaalatom. Waqayoo baraaf jireenya kee ha ebbisu
@user-xs3zc8ow7m
@user-xs3zc8ow7m Жыл бұрын
Ebbiifaamii Bro koo waqayyoo baraa kee haa Eebbiisuuu💕💕💕💕💕💕💕💕
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@user-xs3zc8ow7m
@user-xs3zc8ow7m Жыл бұрын
@@deborajesus3593 Eshii saanyii
@user-ni1lc1nh6g
@user-ni1lc1nh6g 11 ай бұрын
Wooow wooow wooow wooow dhuga jabadha ishi wqyo Sina gargaru eba ergadha
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 Жыл бұрын
Waqaayoo waqaa irraa sii haa ebbisuu ebifamii mucaa kakuu
@WardEthioupia
@WardEthioupia 9 күн бұрын
Eebbifama dhugaa waqayoo namatii toltuu barusa gudadha
@genethailu1168
@genethailu1168 Жыл бұрын
Woooowwaa waaqayyoo waaqni jirrataa ol teessoo isaa irraa dacha godhee siin haa ebbisuu ebbaaf ta'aa darbaa adeema homtuu iyyuu dura keessani dhabaachuu hin danda'iin maqaa Yesus ebbifamaa baay'ee namatti toltuu❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏❤
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa Жыл бұрын
Wwwwwwooowww ❤ ❤ ❤ ❤ Hojii aja,ibaa!!!!😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 Amuu ebifamii dacha qaalii nama
@obsinantube6914
@obsinantube6914 Жыл бұрын
Mati naaf tayyi
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤❤🙏🙏
@bb1tube191
@bb1tube191 Жыл бұрын
Amukoo waqqaayoo baraf Jireenya kee haa Eebbisuu Taphaas Fakkeesite Hojii waqqaayoo Gudda Hojeete Dhugaa siifimoo Samii sirraati banee si Eebbisu waqqaayoo Dhugaa Ati Namaa Fakkeenyati
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.i
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhokoo
@ashenafiasefa7506
@ashenafiasefa7506 Жыл бұрын
Jiraadhu ammayyuu qaxaalee Koo gooftaan si haa eebbisu
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤❤🙏
@qidisitiyoutube5434
@qidisitiyoutube5434 Жыл бұрын
Waaqayyoo baraa jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii barumasaa guddaadhaa
@mimobadhasa4675
@mimobadhasa4675 Жыл бұрын
Ebbifama waaqayoo barakee haa ebbisuu
@fanosef1621
@fanosef1621 Жыл бұрын
Bayee sii diqisifadhaa obbolessaa kenyaa dhugumatii waqayyoo sii haa ebisuu
@bahar5994
@bahar5994 Жыл бұрын
Aman ebbifami ilmaa waqayyo Barii kee ha ebbifami
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏❤❤
@user-ni1lc1nh6g
@user-ni1lc1nh6g 11 ай бұрын
Amuuuukoo ati maalidha ❤❤❤❤❤❤ ebbifami 🙏 ebbifami 🤲🤲🤲🤲 uuuuuuf
@GalingKim
@GalingKim 2 ай бұрын
Wowwwwww bayee nama gamachiiiftuu❤❤❤❤❤
@jamessimiyu464
@jamessimiyu464 Жыл бұрын
WOW wow waaqayyoo guddaa baraa keesaan jireenyaa keesaan haa ebbisuu ebbifaama Ebbifaama hojjii baay'ee namaatti toluudha farfataa Amanu'el waaqayyoo galgalaa kee bareesuu
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@zenash447
@zenash447 Жыл бұрын
Ebifami.amo.koo.wanta.waaqayyo.jalattu.keessa.kun.isa.tokkodha.🥰♥️♥️❣️
@hawwiikennaalove5724
@hawwiikennaalove5724 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffeeeeeeeee Abbaa Dadhaabootaa Aabbaa Rakkatootaa Amuu Waqaayyoo Bara fi jireenyaa kee hundumaa haa ebbisuu Ebbiimii ebbiifaamii Waqaayyoo Ebbaa Abiraamin ebbisee sii haa ebbisuu Nama Waqaayyoo nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@najatiitube4352
@najatiitube4352 Жыл бұрын
Hawii subscribe naf godhii qaallii tiyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏
@hawihawi2549
@hawihawi2549 Жыл бұрын
sharan kenya waqayo barafi alasani aebbisuu isinis wari kanayadani qophesitan ebbifamaa
@dubaidubai5020
@dubaidubai5020 Жыл бұрын
Yaa warra dhiraa hattuu🤣🤣🤣
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@dubaidubai5020
@dubaidubai5020 Жыл бұрын
@@deborajesus3593 ok
@derimulatu3939
@derimulatu3939 Жыл бұрын
Wowuuuuu Ebbifamaa Hojii Garii Goftaan Sinaa Ebbissuuuuu
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@zartihunalamayoo7496
@zartihunalamayoo7496 Жыл бұрын
Warrii dhiraa garuu tokkoo tokkoo hatuu 🙈🙈🙈
@hawwiimucaakakuu4123
@hawwiimucaakakuu4123 Жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣
@kulleeaddunyaa7010
@kulleeaddunyaa7010 Жыл бұрын
Wow durbotaa baay'ee namaati toluu dhugaa waqaayyoo 🥰😍❤️.
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏❤🙏
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Baayyee, nama ajaiba waaqaayyoo isini haaeebbisu erga gudda nuuqodde akka ofegannu waaqaayyoo nuhaagargaru 👏👏👏👏📖🤲🤲🤲🤲🤭🤭🤭📖📖📖☝️☝️☝️🎆🎇🎆🎇💐💐💐🌻🌻🌻🌻🌻🏵️❤️❤️❤️❤️❤️🌻🏵️🌻🤲🤲🤲📖📖⛪⛪🎹🎤🎻🎸🎼🎶🎵🎺🥁💯💯💯✊✊✊✊✊✊
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@amartimulugeta9411
@amartimulugeta9411 Жыл бұрын
Gooftaan isin haa eebbisu kun hojii barumsa cimaa qabudha isinan jaalladha😍😍😍😍😍😍😍😍❤💗💓💛💛💛💚
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤
@betegnamedia1
@betegnamedia1 Жыл бұрын
አሪፍ ሃሳብ ነው አሙዬ በጣም ጠቃሚ ትምህርት ያለዉ ተግባር ነው ጌታ ይባረክህ Yada baredadha amuye barumsa gari ufkesa qaba goftanko baraf jirenyake haa ebbisu
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i hadhokoo
@ayaniemashou9688
@ayaniemashou9688 Жыл бұрын
Wowo waqayoo abban koo kana caalaa ayyaanasa siif baayiisuu wowo
@nanatkoo2066
@nanatkoo2066 Жыл бұрын
Ebifamaa ijolee biyyaa kooo
@hawifufa7294
@hawifufa7294 Жыл бұрын
Ebbifamii dachaa dachaa Amulee koo
@almazalmaz1081
@almazalmaz1081 Жыл бұрын
WaaaaaWaaaaa Nama Waaqayyoo Hojiin hojjataa jirtu kun baay'ee nama gammachiisa.Kiristaanota hedduufis Fakkeenya gaarii fi baruumsa gaarii dabarsaa Jirta.Egaa Waaqayyo baraaf jireenya kee dachaa dachaa godhee si haa Eebbisu.
@blentube3002
@blentube3002 Жыл бұрын
😍😘mati na tahime
@fatraawf.l5402
@fatraawf.l5402 Жыл бұрын
galatoomaa rabbi bakka guddan isiin haa gahu inshaallaa barumsa bareeda worra haqa nama nyaatanufi
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏❤❤
@genetkumasayutobe
@genetkumasayutobe Жыл бұрын
Ebifami waqayyoo barakee haebisuu
@MdMd-fc8vb
@MdMd-fc8vb Жыл бұрын
Galatoomi amanuwel garuu hattuun dhiiraatu baayyata
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 Жыл бұрын
Yaa rabbii haqii nama nutiin dabarsin kun barumsa gudadha jabadha ijollee Amboo ❤❤❤❤
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
@tigisttigit9822
@tigisttigit9822 Жыл бұрын
Baraa jireenya haa ebifamu dhugaa bayye namatti tola
@ajmandubai1053
@ajmandubai1053 Жыл бұрын
Ebifamaa dacha maqaa yesusi qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤🙋‍♂️🙋‍♂️🙋‍♂️
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@warqanizdabosy3674
@warqanizdabosy3674 Жыл бұрын
Waqaayyoko sa eebbisu eebbifaami daachan
@ieooieoo-uu1cu
@ieooieoo-uu1cu Ай бұрын
Amoo waaqumti kana caala sihaa ebbiisu ishii
@DebeloTube
@DebeloTube 4 ай бұрын
Wow Amookoo Eebbifami Eebbifami ❤❤❤❤❤❤
@zennahayilu3584
@zennahayilu3584 Жыл бұрын
Waawwuu waqayoo baraf jirenya kee yaa ebisu bayye nati tola vidiyoo dawachun
@mariahmulata2727
@mariahmulata2727 Жыл бұрын
Waqqaayyoo bara jireenyaa Kee Yaa ebbissu
@fatimaalzoubi8298
@fatimaalzoubi8298 Жыл бұрын
Waqayyoo bara jireenyaa Kee haa Ebbisuu
@user-wz1kk5se1m
@user-wz1kk5se1m Жыл бұрын
Ebifamaa gooftaan bara keessaani hunduma haa Ebisuu Ebbaa dachaa dachaa Ebifamaa maaqaa iyesusin 🙏🙏😭
@doradoea9976
@doradoea9976 Жыл бұрын
Wwwwoo ebiifamii waqaayyoo sii haa eebisuu ebiifamii dachaa dachaa ebiifama
@ShambalSinke
@ShambalSinke 2 ай бұрын
Waaqayyoo sii haa eebbsuu❤❤❤❤
@hawwiimucaakakuu4123
@hawwiimucaakakuu4123 Жыл бұрын
Uuuffffeee uuuffffeee uuuffffeee uuuuuufffeeee uuuuuufffeeee ebbifamaa maqaa yesusini qaxalee ijoollee Kakuu
@dinkydinky683
@dinkydinky683 Жыл бұрын
Ebbifamaa hundii keessanu
@siifaansiiffaan6324
@siifaansiiffaan6324 Жыл бұрын
Uuuuuffff uuuuuuffffff Ebifaamii waqyyoo siyaa Ebiissuuu
@shelinshelin9108
@shelinshelin9108 Жыл бұрын
waaqayyoo isiin haa ebbisuu dhugaa dachaa dachaan ebbifamii mucaa gooftaa
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadho
@fmasiiyoutube2665
@fmasiiyoutube2665 Жыл бұрын
Wowowowo dhugaa waqayyoo baraf jierenyaa kee haa ebisuu nama waqayyoo
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadho
@sabontuoromoo5024
@sabontuoromoo5024 Жыл бұрын
Goftan koo baraf jireenya keesani haa ebisuu ebifama ebifama ebifama
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Hocciiii amoo malif hama kana wal qoora 😂❤😢
@bontuanbo4082
@bontuanbo4082 Жыл бұрын
Uuuuuuyfffffff umurii dheraa jiradhuuuu namaa waqayyoo goftaanii koo barafii jirenyaa keessaanii yaa Ebbisuu Ebbifamaa dachaa dachaa dachaanii darbii demii Omtuu qabee sii dhabinii biiyyaa lafaafii Sogidhaa ta.iiii ☘ 🌴 🌹 ♥ ❤ 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@bontuanbo4082
@bontuanbo4082 Жыл бұрын
@@deborajesus3593 ❤🌻🌻
@alamialami8135
@alamialami8135 Жыл бұрын
Yeroo warraa rakkatani Kana gargarutuu Bayyee waaqayyo sittii gammada dhuga
@DHANGAAMEDIA
@DHANGAAMEDIA Жыл бұрын
Dhugaa Prank akka Kanaa Hin Argine
@najatiitube4352
@najatiitube4352 Жыл бұрын
Giduman subscribe naf godhii qaallii tiyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏
@obsinantube6914
@obsinantube6914 Жыл бұрын
Anna dhufuu Doonii koo Bagaa nagaan dhuftee mee mati naaf tayyi kotu mana koo👍👍✅️✅️
@chimdesanugusa1915
@chimdesanugusa1915 2 ай бұрын
woow amo sii ebbisu
@hawifufa7294
@hawifufa7294 Жыл бұрын
Baga nagan dhuftee amuu koo ebbifamii akasumatii dhalotaf furmata ta.iii🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤
@destageno7923
@destageno7923 Жыл бұрын
Muca waqayyoo Ebbifaami Ebbifaami dacha dacha 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhoko
@hawwiimucaakakuu9818
@hawwiimucaakakuu9818 Жыл бұрын
Eebbifami dachaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhokoo
@user-ni1lc1nh6g
@user-ni1lc1nh6g 11 ай бұрын
Amuuuukoo fidi shamisike n si tokkosa ❤❤❤❤❤
@Biluerena
@Biluerena Жыл бұрын
Aman tebarek ...ammalle ayyannisa sif yaa baayyatu dhuga at nama cimaadha eebbifami gara laafessa nama God bless u 🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@hawioromtititube
@hawioromtititube Жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏🙏❤❤❤❤❤
@sofiasifan2498
@sofiasifan2498 Жыл бұрын
😥😥😥😥😥😭😭😭😭🙏yaa waqayyoo adraa horii mitii si,in akkan hin ganne barnotaa giddadhaa dhugaa gifttan sii yaa eebbisuu uuuuu
@seenaaloveyou2026
@seenaaloveyou2026 Жыл бұрын
Ameen ameen ebbii famii ebbii famii koddee
@keenaamucaayesus1455
@keenaamucaayesus1455 Жыл бұрын
Woooowww Ameeeeeeen bagaa walumaanii geenyee
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Maatii naaf ta'i mee hadhok
@meseretabdiadisfitratnegn3278
@meseretabdiadisfitratnegn3278 Жыл бұрын
Wurdet namni tokko tokko oso ilalani hanqi nama nyachuf😏 ebbiifama isin yero jalqabaf isin erge hoji garidha👏
@wasetube7653
@wasetube7653 Жыл бұрын
Namni jalate mit kan hatu disimee Akkana hin jedhamuu
@aseefaasee7265
@aseefaasee7265 Жыл бұрын
Waqaayyoo isiin haa ebbisuu ebbifaamaa
kenni hin sif kennama//prank Aja'iba
16:12
DOONII MEDIA
Рет қаралды 31 М.
Aartii Mo'aa - Tiktookeroota waliin
45:56
MO'AA TV
Рет қаралды 29 М.
Fortunately, Ultraman protects me  #shorts #ultraman #ultramantiga #liveaction
00:10
Get 10 Mega Boxes OR 60 Starr Drops!!
01:39
Brawl Stars
Рет қаралды 18 МЛН
Unveiling my winning secret to defeating Maxim!😎| Free Fire Official
00:14
Garena Free Fire Global
Рет қаралды 8 МЛН
Balaa konkolaataatiin F/Amaanu'eel Gaaddisa
12:36
DOONII MEDIA
Рет қаралды 18 М.
SIMBOO HIRKOO NAAF BARI'EERA
4:30
Singer Haile Yadasa Offical
Рет қаралды 7 М.
Sin Mararuu   BASHKADAA  EPISODE 31
10:52
SHIIBIRREE TUBE
Рет қаралды 65 М.
Hacaluu Toleraaf manni kireffamera Dawwadhaa mati isaa walin
14:47
DOONII MEDIA
Рет қаралды 10 М.
Diraamaa Gabaabaa Gola Aartii (Amajjii 14,2024)Finfinnee
15:12
Waliif TV
Рет қаралды 173 М.
jilbakoodhaanan Sa'a 2 Adeeme manatti gala😭😭😭😭😭
23:25
Prank $ surprise
7:23
DOONII MEDIA
Рет қаралды 2,9 М.
Jaalalli Jaamadha Farfaata Amanuel Gadisa DEEBII SHOW
24:12
Leni Media
Рет қаралды 10 М.
Fortunately, Ultraman protects me  #shorts #ultraman #ultramantiga #liveaction
00:10