Рет қаралды 3,028
GALATOOMAA ULFAADHAA
እናመሠግናለን
waltajjii Miiltoo 13ffaa Mataduree FAKKEENYA JAALALAA jedhuun gaggeeffame bifa miidhagaa fi adda ta'een gaggeeffame Bifa Milkaa'aa ta'een goolabeera Turtii adda ta'e ture, Kabaja nuuf kennitanii waamicha keenya kabajuu keessaniif Galanni keenya guddaadha.
13ኛው ሚልቶ መድረካችን እጅግ ውብ እና ደማቅ በሆነ መንገድ በሃኒላንድ ሆቴል ተከናውኗል። መድረኩ ትላልቅ እንግዶች እና ዱዓቶች የታደሙበት ነበር ።
ጥሪያችንን አክብራችሁ የተገኛችሁ ቤተሰቦቻችን ከልብ እናመሠግናለን
MILLTOO ሚልቶ 13
FAKKEENYA JAALALAA / የፍቅር ተምሳሌት