Dubartii umurii 49 Nama biraa waliin utuu sagaagaltuu abbaan manaa ishee qabe.Namni maaf cheat godha

  Рет қаралды 174,651

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Жыл бұрын

Namni Maaliif cheat godha?
#ethiopianmusic
#walqunnamtiisaalaa
#kiyyoo
#comedyafaanoromoo
#nashida
#muslimneshida

Пікірлер: 647
@KakuuDeebisa
@KakuuDeebisa 2 ай бұрын
Waaqayyo itti haa Araaramu thank you Dr nafyed
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Wowww ebbifammii gorsii kee akkumma bishaan nama dheebbuu basaa dhugaa ebbifammii gorsaa waaqayyo ofi egaatani akkasumma safuu beekaani akksuma jalala dhugaa qabnu dhugaa barumsaa guddaani argadhee waanti gorsitu hundummaati waanumaa dhugaa ta'eedha❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati maf ta,ime
@sultannure922
@sultannure922 10 ай бұрын
Alhu akbar yaa rabbi nama qajelchu malee qajelchi yoo maleef addunyaa kana irra kasi dr .galatoomi!!!
@gadeseeabera58
@gadeseeabera58 Жыл бұрын
Salphinaa akkasi nama olchuu Galgala baduu namaa barararuu😢😢 Kun rajidhaa ijoooooo safuuu Oromoon safuu bekaa jartin safu dhistee jarsii safuu dhisee
@FatmaKader-rc1vw
@FatmaKader-rc1vw 5 ай бұрын
Wara durbuma si gafate in debisin maashaa allaah jalali kesan hadagaguu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BontuYigezu
@BontuYigezu 2 ай бұрын
Baga waqayyoo qabeeee Salphinaa akkasii waqayyoo nun ha oshuu 🙆🙆🙆🙆🙆 Nuf jiradhaa Dr nafyad 🙏🙏
@helumissmisshelu8278
@helumissmisshelu8278 Жыл бұрын
Arogita itti qoxare gara jarumati 😅😅lebaa goman like ishi galshu dha
@dinkimeskerem3733
@dinkimeskerem3733 Жыл бұрын
Saafuudha waaqayyoo nama haa olchuu kan 😢😢😢 Yaada kee Eebbifamii Dortor❤❤
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 Жыл бұрын
dr situ nakolfisise
@KhalidKhalid-es1gp
@KhalidKhalid-es1gp Ай бұрын
Kkkkk namnii😂 gafaa dulomuu akaa ijolee tahaa jete Dr
@obseobse563
@obseobse563 Жыл бұрын
Dr situu na kofalchiisee🤣🤣🤣🤣namnii guddaan hin durriyyaa😁dhugaa baay'ee nama gaddiisisaa waaqayyoo salphinaa nu haa baraaruu!!!!!!
@biliseesefu4770
@biliseesefu4770 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂 maal ijoo jartii madiittii hafee moo
@sifanisifani7804
@sifanisifani7804 Жыл бұрын
Yaa rbii nubasii badii akkaasii
@NageraNagu
@NageraNagu 4 ай бұрын
Waa'ee kanaa irratti jabaadhu
@BireBekele
@BireBekele 12 күн бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk.................. Namni gaafa duloomuu akka............................................. Anii hin ilaaluu hattuu gaaruu yaakkkaa
@najiawad938
@najiawad938 Жыл бұрын
Wayyo wayyo ijolee isan...
@raheemaraheema579
@raheemaraheema579 Жыл бұрын
Kolfa dune barumsa qufe galtomii Dr kenya jalatama fi kabajam❤🙏🙏
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 Жыл бұрын
😅bagaa gooftaan salphisee😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂
@marykheetan813
@marykheetan813 Жыл бұрын
😢😢😢😢 dr ulfaadhuu yeroo baay'ee waan barumsaa nuuf hertaa
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 Жыл бұрын
kkkkkkkkkk Dr Ani lalen ture garu bayyeen gaddee ati moo naa kofalachisite 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati maf taime
@SuudiiRaayyaa-ki3fy
@SuudiiRaayyaa-ki3fy Жыл бұрын
rabbin nama hin salphisiin 🤣🤣🤣🤣
@asmaawal2770
@asmaawal2770 Жыл бұрын
Rabbii galgala nama hin balleessiin 😢
@tigi3780
@tigi3780 Жыл бұрын
Rabbi galgaala kessa nama hin ballessin safuu . Dr galaatomi ergaa gudda nuuf dhaamte
@Foziya364
@Foziya364 6 ай бұрын
Manaa jaraa kana filim jaratuu itti hojatameraa lalii 😂😂😂 wly dhugaa mitii Dr😂😂😂😂😂
@kibulamma3690
@kibulamma3690 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂 WAAQAYYO NAMAA HAA OLCHUU SALPHINA DULLUMMA KEESSA
@gudatumitiku
@gudatumitiku 2 ай бұрын
Gafaa akksii gotee ijoolee ishee yaduu dura salphoo jartidhaa malee
@FalmaataFalmaata
@FalmaataFalmaata 25 күн бұрын
Mali kuni
@addoyye
@addoyye Жыл бұрын
Jaraatin ammas jalala hin irrafane 😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Wollah ijollee kun waa baaye baasa jirani Kessatuu kan namiichi diigimti itti godhe yoo inni ol seene akkuma wal kessa jiraniti waliiti rakkatani hafaan 😢😢 video suun heeduu na rifachise
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 Жыл бұрын
Wayyyyoooo maloo kun gudoo malittii xenon kana gatii hin jiruu 😂😂😂😂
@warqineshbaqqalaa5673
@warqineshbaqqalaa5673 Жыл бұрын
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂kkk dhugaa bayyee namaa gaddisaa
@ra7mara7ma23
@ra7mara7ma23 Жыл бұрын
Baarumsa gaarii Dr nuuf jiradhuu❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati maf taime
@fhgjugh2796
@fhgjugh2796 Жыл бұрын
kkkkkkk ድራማ ማሥሎኝ ነበር በጣም ያሰፍራል
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati naf timw
@asharafsadeek232
@asharafsadeek232 Жыл бұрын
Waaqayyo Nutii ha araaraamu
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 Жыл бұрын
galatomi Dr jechii kee barumsa guddaa qaba ❤❤❤❤❤💕🥰🥰🥰
@waaqayyootikseekooti9064
@waaqayyootikseekooti9064 Жыл бұрын
yaa waaqayyoo 🙏ati salphina akkasi irraa nama olchii Ebbifama Dr keenyaa barumasa garii waan nu qodanif galatooma🙏🙏❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati maf taime
@obseeobsee515
@obseeobsee515 Жыл бұрын
Kkkkkkkkk safuu yaa waqqayyoo ani sitaan kolfee Dr Yeroo isaan jalqabaan hasaa ketuu na garmee dhugaa waqqayyoo nama yaa Olchuu
@tedytedi3234
@tedytedi3234 Жыл бұрын
Baraa kanaa gahelaa naa jibisisee yaa dr naaf yadii koo😢😢
@hanaahanaa8847
@hanaahanaa8847 Жыл бұрын
Maaloo yaa waaqayyoo maalii arguufi jiraa safuu💔🥲🥲🥲
@sabontuabdela6602
@sabontuabdela6602 Жыл бұрын
Auzibilah 😂😂😂 warre salphina
@sofiahuseen4589
@sofiahuseen4589 Жыл бұрын
Subanaala yaa rabbii kanara nu olchii ☝️
@sweetbeutiful7911
@sweetbeutiful7911 Жыл бұрын
Suufaa yaa rabbii😢😢
@bontuuambo3424
@bontuuambo3424 Жыл бұрын
Addis chewata jedhamu ani amariffasnis ilalee garuu abba cabsee i love you💋💋❤❤️❤️🙄🙄
@fozfoz6889
@fozfoz6889 Жыл бұрын
Kkkkkkkkk hasa'aa keessan kolfee Dr koo
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati naf taime
@shaltoonaser3220
@shaltoonaser3220 Жыл бұрын
Kkkk😂😂 ani durani ilalee jara biraa malii waqayyoo nama salphiisin dulumaa keessaa ..hoojjii waqayyooti hin tolee bakkeetii bassaa jiruu waroon affaan amarifan hojjetan suun
@AseelZaydan
@AseelZaydan 2 ай бұрын
kun waan ajaa'ibaat!!! Dr. 😱😱😱😱😱
@buzunashdadhi4143
@buzunashdadhi4143 Жыл бұрын
Yeroo hundaa sirren nama nuufisam dr manaaf romantic gochuuf sofaraa bahee😂😂😂😂😂
@waqayoofurmatahundaatii167
@waqayoofurmatahundaatii167 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂maloo garaa Koo 😂😂😂
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 Жыл бұрын
Welcome dr.keenya qaallii 😢we balan bute kaa wagga 49 booda fedhii ni jira😂😂😂😊dhiira qofa miti shamarilee dulmua keessa kashalabe😢abbaa warra and bay'ee obsa qaba😭
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@albarqaj625
@albarqaj625 Жыл бұрын
Namaa hundaa ilaalee Edaa Anaa bichaa se'ee 😂😂😂😂Salphinaa dulumaa keessaa isaa isheen kophee ishee ol dabarete kolofee 😂😂😂😂
@amaalikiisaa7081
@amaalikiisaa7081 Жыл бұрын
Yaa Dr Kuni gaarii miti dhugaa rabbii nama bultii hin qabne irratti dhiibbaa geggeessa 😅😅kana laaluun😮😅😅😅
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Dr Koo anii sitaa kolfee 🤣🤣🤣🤣🤣
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 Жыл бұрын
Amhara😂tu rabbii waan akasii Naman didii
@shumatebiranutube8886
@shumatebiranutube8886 Жыл бұрын
Rabbi nama haa olchii salphinaa kanaa ani video kana argeraa uuuyyi ani kanii naa dhibbe ijoollee warra wabaniifi sodadhee
@amentube9030
@amentube9030 Жыл бұрын
የነዚ ደሞ የሌለ ነዉ አይይይ እማማ እና አባባባ ወሰለቱ😂😂😂
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@dastaanano9926
@dastaanano9926 Жыл бұрын
Wayoo yaa doctor hojii kee harmeeffaan basaan obboo fa'as basaan 😂😂😂😁😂😂😂😂
@user-wg5kb7zy5e
@user-wg5kb7zy5e 28 күн бұрын
Safuu hin bekanii jarii😂😂😂😂😂😂😂😂
@bontugalana939
@bontugalana939 Жыл бұрын
Hhhhhhh araqee faa fideefii dhufaa sigabaa eshii manati kkkkkkkk😅😅😅😅
@waqaayyookaraadhugaadha3302
@waqaayyookaraadhugaadha3302 Жыл бұрын
Salphinaa Galgaala kessaa jedhe Abbaan Lataa 😂😂😂
@faresrisha3709
@faresrisha3709 Жыл бұрын
😂😂😂
@itinishnn7411
@itinishnn7411 Жыл бұрын
Yaada keefi bayee guddaa galatoomi yaada gaariidha
@user-bf4xu3pl9w
@user-bf4xu3pl9w 15 күн бұрын
Yaaa rabiii 😂😂😂😂😂😂😂😂
@wallaga19
@wallaga19 Жыл бұрын
Yaa waqayyoo nu olchi gofta ko😭😭😭bara malii kessa jiraa
@sabbotuuoromiya6012
@sabbotuuoromiya6012 Жыл бұрын
Dhugaa bayyee namaa gadisisaa waqayyoo salphin galgalaa kesaa namaa haa basuu😢
@gannioromia7673
@gannioromia7673 Жыл бұрын
Dr jechaa kedhan kolfe 😅😅😅 safudhaa waqayyoof
@uaeuae7039
@uaeuae7039 Жыл бұрын
Atlee hin lalataa 😅😅😅😅anii yeroo hudaa hin lalaa dhugaa waqaa
@sehamalshmmary4116
@sehamalshmmary4116 29 күн бұрын
Waqaayyoo galgala nama hin balleessiin😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@sisayichallaa
@sisayichallaa Жыл бұрын
Namichii kana nitii jalaa duue😢😂😂😂😂😂
@darartuutaddasaa4292
@darartuutaddasaa4292 Жыл бұрын
Viidiyoo isaanii guttu ilaalee bayyee naa gaddisiise abbaa mana Ijjoolee isaanii maqaa fi iddoo isaanii itti baraataniis himme turee hammilee jarraattif garuu bayyee natti dhagahame 🥺 jaarsii haadha mana jallaa duttee jirti ni rakkatte inni kanii jaarsa osoo qabiduu balagide jaartiidhaa malee rabbii nuu haa bassu 😭😭😭😭😭🤲
@darartuutaddasaa4292
@darartuutaddasaa4292 Жыл бұрын
Wayyii gizachoo 😂😂😂😂
@kilamamo5170
@kilamamo5170 Жыл бұрын
Ajibaa nafiyati kena qalii dhugaa rabbii namaa ajibaa kkkkkk
@xaahirjamaal2681
@xaahirjamaal2681 Жыл бұрын
Ana Aragee Ijaa kiyaan video Ijoollee saani naani worodofa Aragee Baayeen Gadee Wollaahi Subhunallaah 😭😭
@oromtitiiintalashawaa5094
@oromtitiiintalashawaa5094 Жыл бұрын
cubbudha waqqayyo dhifama isiinif haa godhu Galatomii Dr
@MarizaHusain
@MarizaHusain Ай бұрын
Yaa doktor bara dhumaatiim
@hayaatiarsiimuneesaa12
@hayaatiarsiimuneesaa12 Жыл бұрын
Welcome doftor keenna qaalii nama dhugaa keetii wolaayii galatoomi Uuuuuuuufffffff yaa jireenya ilmaa nama😔😔😔😔😔
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞💞
@salysaly1398
@salysaly1398 Жыл бұрын
Anii salfaadheen irraa daddaabarsa ilaalee 🤣🤣🤣 baddee akkumaa daimaa tahuu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@ummuammaar1591
@ummuammaar1591 Жыл бұрын
Astofirillaa minii shexanirajimii 😂😂😂😂
@bushadubshayer7289
@bushadubshayer7289 Жыл бұрын
Yaa rabbii tanaa nuu basii
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati maf taime
@tht2816
@tht2816 Жыл бұрын
ani daawwadhe ture gaaru baayye baayye nama jibbisisa 😢😢😢 dhugaa waqayyo
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati naf taime
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 2 ай бұрын
Malo mati maf taime
@habebasaidhabebahabebasaid7133
@habebasaidhabebahabebasaid7133 Жыл бұрын
Kkkkkkk😂😂😂 alhamdulillahi wallahi niqaban uffachun kanaf nu heyaamsise shari,an islama
@fatumajimmaa2877
@fatumajimmaa2877 Жыл бұрын
Anii argeera media sanaa bayyeen hordofaa waan ajaibati😲🙄
@AhadulAhadi
@AhadulAhadi Жыл бұрын
E badee wlh anii ofi ajesaa malee hin jirdhuu osoo antii😮
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Subahanalah yaa rabbii
@likkeemekonin8288
@likkeemekonin8288 Жыл бұрын
Waqaayo gooftaan nuu haa olchuu. Garuu haati mana fi abbaan mana wal dhaageefachuun barbaachisadha. Jalaalaa keessatti furmaani ini guddaan mariidha.
@chaltuabebe9414
@chaltuabebe9414 Жыл бұрын
😅😅😅😅😅😅 yaa waqaa koo maalii kuni
@user-wk2tr5gr1r
@user-wk2tr5gr1r 2 ай бұрын
🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆salphinaa dulumaa kesaaa nu haa olchuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@ashuamano1468
@ashuamano1468 2 ай бұрын
Galatoomi Dr keenya
@HalimaaAbdii-up6xk
@HalimaaAbdii-up6xk 2 ай бұрын
Subahaan allhaa 😮😮😮
@snaapsnaap6970
@snaapsnaap6970 Жыл бұрын
Yoyaa Dr bagaa nagayan gara kenaa dhufte ee wan kana afan amarati lalu turee
@sabontu3936
@sabontu3936 Жыл бұрын
Biyya kenya akka filmi sani ta.uti ofirti murstesa jirri😂😂
@anisahnurmala5114
@anisahnurmala5114 Жыл бұрын
Ayii Dr keenyaa dhisii mee jaatii kaan 😝😝😝😝
@user-xz5zk7br4i
@user-xz5zk7br4i Жыл бұрын
maaloo doktor kolfan dhumnee😂😂😂😂😂😂
@uaeuae5924
@uaeuae5924 Жыл бұрын
Wolahii waan nama Ajibba ani lalee jiraa
@DarooYouTube
@DarooYouTube Жыл бұрын
😂😂😂😂dor situuu namaa kolfisisa jara irraa yuuu😮😅😅😅
@rdoeddo9561
@rdoeddo9561 Жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣 dr hojii kee nyaadhuu🤣🤣
@ayshahayshah4490
@ayshahayshah4490 Жыл бұрын
Asataagifirala yaa rabbi salaphina gudda
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 Жыл бұрын
Yaa rabbii nuu salphisiin salphinaa guyyaa kessaa
@zamzamahamdtube8473
@zamzamahamdtube8473 Жыл бұрын
Kkkkkkkk atis ni ilalta Dr Kenya
@AbdallaAbdii
@AbdallaAbdii 4 күн бұрын
Ummanii raabbiitii hiin amaniin rakkoo qabu
@naaomiiterefa
@naaomiiterefa Жыл бұрын
❤welcome Dr
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@meryemaabdella1563
@meryemaabdella1563 Жыл бұрын
subanaa allah
@hawwiijaalmarroo634
@hawwiijaalmarroo634 Жыл бұрын
Astfurullaah saalphiin duluuma keessaa🥺😌🙊
@namaboruunamaboruu3426
@namaboruunamaboruu3426 Жыл бұрын
Edaa kunis jira yeroo hojjetan otoon argeeiyuu😂😂😂
@abdulhamiidmahammad7719
@abdulhamiidmahammad7719 2 ай бұрын
😂😂😂kolfaan dhumne dr
@bontugalana939
@bontugalana939 Жыл бұрын
Kkkkkkkkk anii bayy'een hordofaan turee video sanii
@gantrataarataaganat9331
@gantrataarataaganat9331 Жыл бұрын
Waqayoo dhifama isani haa godhu salpina gudaadha 😢😢😢
БАБУШКИН КОМПОТ В СОЛО
00:23
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 18 МЛН
Alex hid in the closet #shorts
00:14
Mihdens
Рет қаралды 17 МЛН
I'm Excited To see If Kelly Can Meet This Challenge!
00:16
Mini Katana
Рет қаралды 24 МЛН
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 118 М.
Mucaa dandeettii ajaa’ibaa sagalee bineensotaa akkeessuu qabu!
12:20
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 22 М.
Wal qunnamtiin saalaa dubartiin tokko erga deessee (dhaltee) booda yoom heeyyama?
10:25
Qaama saalaa dhalaa qorichi dhiphisu jiraa?gaaffii dhaggeeffattootaa
18:26
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 76 М.
ዮአዳን (ክፍል 18)
32:27
ለዛ
Рет қаралды 469 М.
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 83 М.
БАБУШКИН КОМПОТ В СОЛО
00:23
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 18 МЛН