Рет қаралды 397
wiirtuuwwan leenjii marshal artii wushu, Red Star, Fire Phonicx fi Golden Eagle Waliin Ta'uun barattoota Dhibba Jahaa (600)Ol Magalaa Roobee irratti Ni Eebbisiisuu.
Eebba Marsaa Jalqabaa Gaafa Guyyaa 19/06/2015 Saatii 7:00 irraa Kaasee Istaadiyoomii Madda Walabbuutti Eebbisiisuu.