ummu afnan ani rakina mallaqaa qabu rakina keeti qaba male jate kaha lol
@dasiabinet72422 жыл бұрын
Ibsu obse sini ilma nama hin tufatina wanan baye sin jaladhufan gafi sin gafadhe naf debisu didun keessan bayye naa gadisise undafu galatoma
@Muslimone4162 жыл бұрын
Ibsuu qashxii
@fooziyaamohammed2152 жыл бұрын
Ayyaan bareedduu tiyya dhugumaan natti toltaa si jaaladha❤❤❤❤. Akkuma yoo nama prank gootu kanatti namni sitti hin aarre,atis yoo namni prank si godhe uf hin aarsin,nanaanis waa hin jedhin❤❤❤❤ sanirraa kan hafe draamaa ati hojjattus haalan natti tola!
@obsaashow-pt5gh2 жыл бұрын
Abaa safawn piranki hin bekuu namaa gudaa malif akanaa gotaa