No video

😥Faar Lidiya Derese maal Balleessitee..?Waldaa Araaraatti Raajii Masarat Maal godhan?CHRISTIAN MEDIA

  Рет қаралды 59,724

CHRISTIAN MEDIA

CHRISTIAN MEDIA

Күн бұрын

Join gochuun members keenyatti dabalamaa👇👇
/ @christianmedia1
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #hirkoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbeta #Dawitmorka #Bikilakebede #Solomonadugna #Bilisekeresa #kefamideksa #Mesfingutu #Oromomusic #Ethiomusic #Oromofilms #Habeshafilms #Yadenimerga #Faaruuchristianmedia #Egereemedia #Wakjiratube #Jawarmohamed #Omn #Top5StunningEthiopianArtistsByRank #Mezmurtube #EthiopianChriatianmedia #Ortodoxmezmur #Protestantmezmur #Yonatanaklilu #Marsiltv #CJTV #Betheltv #Moaatv #Araratv #Christarmytv #Pressenctv #Pressenctube #Eyuchufa #Mesfinbeshu #Meserettaye #Gemechisdesta #Leadstarcollage #Ethiopianprophets #Oromogospelsong #MaramawitAbate #Ethiopianews #Gelanagaromsa #Hachaluhundesa #FryatYemane#ethiopianmovie #Addisalem #ZerituKebede #DanaitMekbeb #waziworld #mikishow #senseletdrama #SaronAyelign #HuluDaily #FryatYemene #Seifufantahun #seifufantahunonebs #Ashurka #ashruka #ashrukaamharic #ethiopianewmusic #hopeentertainment #ashrukachannel #ethiopianartist #ethiopiancomedy #ebs #ashrukamedia #Akukulu #nahooTv #Nahoo #ethiopia #ethiopian #addisneger #diretube #DrAbiy #Ahmed #Abiy #አብይአህመድ #ህውሃት #SeifuonEBS #Seifufantahun #NewEthiopianMusic #tigrignamusic #ebstv #JTVEthiopia #HopeMusicEthiopia #AbyssinyaVine #ZEMENTV #SundayWithEBS #LTVWorld #MinewShewaTube #ADMASMUSIC #EBS #Amharictube #FanaTelevision #Ethiopia #EthiopianTV #EBC #betoch #comedy #ethiopiancomedy #sitcom #betochcomedy

Пікірлер: 125
@gemechis0lika782
@gemechis0lika782 Ай бұрын
Gooftaa keenyayyuu hammeessa turan akkasuma yihudoonni haara mitti isiin falmiitoota goofta fakkaatuu,garuu hadheessitoota isiin waan gootan,hasooftan kan hin beeknee ubaanna isaa gooftaan isiini haakennu.Yihudoonni sanbaata fayyuu seera Waaqatti hittisa jedhani gooftatti danqaa ta'uu barbaaduu ,garuu hin dandeenye hin dandaa'anis Ameeen!!!!!! Atii jabaadhu mucaa Waaqayyoo farfaanna kee itti fufii!
@BuzeLeta-ju2zg
@BuzeLeta-ju2zg 2 ай бұрын
baga nagaan dhuftani sabbaa waqayyoo maqa waqayyo haa ulfatu kuni dogogoradhaa warii maqa ishee qeqaan waqayyo hadhsufii ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@MisgeeKitata
@MisgeeKitata 2 ай бұрын
Hommaa mitti Gaaru wqyo ogumaf hubbansaa isaanifa haabay,atuu dhugadha lidun baay,e dubarti hubbatudha yero namni waan gaari hojetu seexani hin jalattuu seexani immoo namuma keessata,e Nama maadesudha hojisaa. Ishedhuma qofa argani dubartonni surree ufatani dabbasa offirra cirrani gimaasha qullaa dhabbatani waarraa Tajajila olaan enyufaa qeqanii Ati Nuuf Ebbifami Qaxalekeenya Lidus goftan nuufa Ebbisu
@waqjiramosissa6927
@waqjiramosissa6927 2 ай бұрын
Warra ''Christian Media'' , Nagaaf araarri Waaqayyoo isiniif habaayyatu. Hojii miidiyaa keessaniitti reefuun dhufe. Isin hordofaan jira. Waa'ee Liidiyaa gidduu kana waan afarsamu anis hedduun jibbe.Taajjabeeras. Eenyuyyuu namni qulqulluun hin jiru. Garuu cubbamoota taanee utuma jirruu hammana, wal balaaleffachun sirrii miti. Maal ofii akka waan qulqulluu taanee qixxee seexanaatti ishee ilaaluun gaarii miti. Ta'us waan sirrachuu malan jiru. 1. Ani gaafa sana waldaa kana hin dhaqne. Maatiin koo garuu achi turani. Tajaajila Faarfattuu kanaattis akka eebbifaman dubbatani. Kan ''social media'' sana anuu ergasiin arge. 2. Akkuma isinuu jettan isheen itti yaaddee uffata sana hin uffatne. Kuni dhugaa dha. Boriif garuu, hawaasni waltajjii irratti qofaa osoo hin taane eessattuu adeemsa, namaaf fakkeenya ta'u, isuma waltajjiiratti ufattu sana uffachuu qabdi. Yeroo hundaa qophaa'uu qabdin jedha. 3. Kan Raajiin tajaajiltoota hedduu waaqeffannaa irratti gaafa argu ni afeera. Fkn. ALTAAYYECHI kadhachiisachuuf dhaqxee kadhannaa erga kadhateefiin booda harka qabee fiigee geessee iddoo faarfannaarra dhaabee, faarsi jedheen. Kunis akkasuma. Isatti kan muldhate, afuurri inni ittiin geggeessamu kan keessatti argu faarfannaa waan ta'eef kuni ta'e. Ta'us boriif damaqanii qophaa'anii yoo adeeman gaarii dhan jedha. Galatoomaa!
@teshomegichile2835
@teshomegichile2835 2 ай бұрын
Thank you for making it clear...our issue is lord Jesus, worship your God, our lord don't care how you are dressed,check out your thoughts...our sister and blessed singer lidu is a down to earth,and humble hearted that she respect Christian norms better than anyone. We have a big love and respect for her as well as her blessing service.let God almighty richly bless her forever ❤❤❤❤
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 2 ай бұрын
Bless you‼️
@zenash447
@zenash447 2 ай бұрын
Waaqayyo Abbaa dhaloota kanaf hubanna kenif maloo, qulqullumma dhabne ati nu qulqulesi Amen ❤❤❤🙏🙏 Christian media gudda galatoma ❤️❤️❤️🙏🙏
@AsterEngila-os3qz
@AsterEngila-os3qz 2 ай бұрын
Hin sobuu waraa namaa dhadhessan ossoo waqayyoo Ayyanaa akkasii kenafii Akkamittii tajajiluu lataa malii mucaa kanaa xiqeessuu malif yaluu ishenoo ganaa gudatii
@user-fd4om2gn6g
@user-fd4om2gn6g 2 ай бұрын
Warri maqaa namaa hadheessuu baran yaada gatii isaanii hin argatu jabaadhu ati liiduu Koo kana qofa miti dhugaa torbee darbe tokko waan hin taaneen suuraa ishee maxxansaanii turani bayyeen gaddeef dhugaa omaa miti namni waaqayyoo yoomuu qormaata hin dhabu waaqayyoo gara kee haa goru Koodee koo 🥰😘😘😘😘🥰
@user-qh5yk8md8j
@user-qh5yk8md8j 2 ай бұрын
Dibaanaashee uffaanna shee yoomiiyuu sirri miti dhugaa gorfaamuu qabdii isheen silaa akkaasii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-fd4om2gn6g
@user-fd4om2gn6g 2 ай бұрын
@@user-qh5yk8md8j gorfamuu qabdi malee miidaayaa irratti baasaanii maqaa baleessuun gaariidhaaree🥲
@Meseret1234
@Meseret1234 2 ай бұрын
❤❤❤Kanii Namaa xiqeessuu danuu jiraa Sobduu idoo hin qabduu Namaa Waqaayyoo homtuu hin dhabuu jabadhu jabadhoo Lidiyee Qaxallee kenyaaa Ebifamii jebadhuu jechaa namaf idoo hin kenini❤❤😢😢
@MkKmo-zs5ys
@MkKmo-zs5ys 2 ай бұрын
Silas sabni keenya yoo balleessaa namaa arge turumbaa qabatee haasa'uu barbaada kanatuyyu nu xineesse homaa miti liiduu jabaadhu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@user-dc8kk9el9g
@user-dc8kk9el9g Ай бұрын
Jabaadha waqaayyoo goftaan isiin haa ebbisuu
@tirfuketema5569
@tirfuketema5569 Ай бұрын
Waaqaayoo Koo ufaataa namaa miti midhaga nama ilaala miti laphee namaa ilaallaa ummaata Koo oguummaan waqaayyoo fuudhadha hadaaraa maalo liduu Koo jabaadhuu ayyaanaa qabeeti kiyya❤❤❤❤❤❤
@Yo590-z8h
@Yo590-z8h 2 ай бұрын
Garuu Ilalchi saba keenyaa ammayyuu duubatti hafaadha .ayyaana namarra jiru ilaaluu dhiisee waanuma kotota lafaarraatti ija babaasa.
@AyineFekadu
@AyineFekadu Ай бұрын
Dhugaa Warren dubbii kana jibaan in jiruu kanaf liduu ati jabadhuu waaqayyoo sii gargaraa
@Jalaneshow10
@Jalaneshow10 Ай бұрын
Warri maqaa nama balleessa farisoota isaan akkas jiraachuun dirqamaa maalif nuutiyyuu osoo isaa nuu dhibbuu Bataan kiristoositti hin maxannuu ture lidoo koo 💞💕
@sofisofi-cj4kt
@sofisofi-cj4kt Ай бұрын
Jabadhuu lidookoo itifufi ayani sira jiruu dhimabasa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-my3lr5xf9y
@user-my3lr5xf9y Ай бұрын
Ebifamtuuu tiyaaa lid jabadhuu waqayoon sif ha dhabatuu
@TegegnEbisa
@TegegnEbisa Ай бұрын
Elame waqayyoo arara qabesa namni nidogogora nisirayas
@zenash447
@zenash447 2 ай бұрын
Maal godhuu namuma bars kanatu dhugaa jalissa, Waaqayyo Abban itti haa araramuu malee, Lidun balessa hin qabdu bayen si jaladha Lidun koo❤❤❤🥺🥺
@meronkiflu8162
@meronkiflu8162 29 күн бұрын
Eebbifamaa dhugaa
@labsi4007
@labsi4007 2 ай бұрын
Tajaajilu qofa utuu hintaane Waldaa dhaquuf iyyuu ofii keenya ha sirreessinu.
@SisayTesfaye-on2to
@SisayTesfaye-on2to 2 ай бұрын
Waldumaa surree kawwattee dhaquun garii hin turree osumaa ta'ee kun akkamitti namnii hin aferamnee tokkoo lafaa ka'ee waltajjii qabachuu danada'aa
@user-si7pm1hs8i
@user-si7pm1hs8i 2 ай бұрын
kun seera keessani. Raajiin Masarat nama ija banamaa qabuudha . abbaama argetti stage hin kennuu. inni ati jettu kun seera bakka tokko tokkotti baayyinaan jiruudha. isinuu ija banamaadhaan argaa.
@ghbxfhgknfeyj1964
@ghbxfhgknfeyj1964 Ай бұрын
Jabadhu lido to itti fufi ati tajajila keti jabadhu miqanyani ini dhabantu bari kuni saniti udumtu jacha qaba ati jecha kana ini fudhatin qormani ini dhabantu ati mo.adhu dhisi bira darbi❤
@CarraaTube-yr2ze
@CarraaTube-yr2ze Ай бұрын
Silayyu uumata keenya keessatti namni waan gaarii godhura sababa xiqqoon nama hadhessuu gaaruu mucayyon baay'ee cimtudha keessayyu afaan oromo dubbachuf taatafi gudda qabdi dhugaa lidiyan nama cimtudha dhugaa ayi nama 🥹
@bakilefayisa2531
@bakilefayisa2531 2 ай бұрын
Waqayyoo akka nama mudaa nama hin mul'isuu waraa wae macafaa adda basee hin benne hojii kan hin qabnee ummataa addanjaa barbaduuttu boddetti nama debisuu yaluu sabnii kenyaa itti ebbifameeraa Waqayyoo ayyanaa issaa kanna calatti sif haa bay'attuu hadhokoo warumaa salphinaa kee oddesantuu ebba maddii kee irra hirmataa jabbadhuu qaxalee mucaa waqayyoo lidoo😢❤
@user-tm5wb6uc9d
@user-tm5wb6uc9d Ай бұрын
Amma Midian Kun dhageetii qabdu kanaaf waqayoo walala miti beekadha kanaaf farfanaas tahe yeroo gara arsati bahan of egadhaa jedhan calees, surres,hagugumalee ol bahu hadhisan keessan gorsa hin barsachisu irra qabaa hisqeli 3:20 dhaloni Kun sutasutan badaa jiru
@BekumaRafera-zw3kt
@BekumaRafera-zw3kt 2 ай бұрын
Waaqayyoo baraa keessanii haa ebbisuu
@KalTiru
@KalTiru 2 ай бұрын
sagalleen waqayyoo Daawitidhaa Daawitii senaan of ilaallaa😢
@NaolBr
@NaolBr Ай бұрын
Yawu namni hanqina nama malee garummaa nama haasahu hin jaalatu Garu warrii oduu hin taane odeesitan ofumaaf ofitti deebiha estii Ani eenyu jedha of gaafadha ,gaafa eenyummaa keessan bartan nama qeequ dhiistu qooda propaganda haasahuf jarjartan maali hanqina walii yoo walitti himne waanan balleesse dhiifama🙏
@user-mm5uh8zx9o
@user-mm5uh8zx9o 2 ай бұрын
Warronii osoo addaa hin bafattiin maqaa namaa ballessan waqayyoo gattii isanii nii kennaf!! Dhalottaa baraa kanaa osoo waa adda hin bafattiin murtiif addemmuu hubannaa mallee namaa gadii cabassuu 😢😢😢waqayyoo isaanittii haa ararammuu lidduu qaxallee Mucaa yesus jabadhuu jabduu kenyaa waqayyoo ebbaa godheet nuf sii kenneee humtuu karaa siin dhabbuu sii jalannaa ogeettii kenyaa nuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@labsi4007
@labsi4007 2 ай бұрын
Waltajjii bahuu dura Sagalee Waaqayyoon bilchaachuun murteessaa dha.
@FenetOlika
@FenetOlika Ай бұрын
Galatoomaa
@GemechisGudeta-ct5tn
@GemechisGudeta-ct5tn 2 ай бұрын
Farfattuu Lidiyaan waaqayyoo ishee gargagaree umurii kanatti hojii waaqayyoo hojjechaa jirti. Garuu gaafa isheen waan gagarii hojjettee namni ishee jajabeessaa ture muraasa. Namoonni kana kaasaan diina amantii kaanati jedheen fudhadha.
@BiratuWorkina
@BiratuWorkina 2 ай бұрын
Akka gooftaan jedhe"Falaxaa si keessan utuu hin argin akkamitti huuba obboleessa kee keessaa argite"!!!!!!!!!!!!.
@IyasuDaginet
@IyasuDaginet 2 ай бұрын
"Utubaadha" malee falaxaa miti
@boonibooni4246
@boonibooni4246 Ай бұрын
Ebbifama ❤❤
@kelemeworkbasha2433
@kelemeworkbasha2433 2 ай бұрын
Kun yaada dhugaa dha.Namoonni achi turan utuu namoonni ishee hhnqeeqin dura akka isheen kadhannaaf dhaqxee Raajiin akka carraa argee kadhateefii achumaan akka isheen faarfattuuf carraa kenneef.warri hinaaffaa wangeelaa fakkeessanii qaawwaa barbaadanii tajaajiltoota cabsuuf utuu beekaniis ta'e hinbeekin ergama seexanaa galmaan ga'aa jiraniif,yoo xinnaate dublii adda baafadhaan yoo sammuutti deebitan immoo qooda qaawwak funaanuu dursaatii kadhannaan tajaajiltoota bira dhakbadhaan dhaamsa kooti.
@user-bf5pe5gk5k
@user-bf5pe5gk5k Ай бұрын
Ebbifamaa ❤❤
@IsayasMatiwos-ip2fl
@IsayasMatiwos-ip2fl Ай бұрын
Namnii of oddeessa odduu nama hin dhageftiina
@KayyooMedia-gd9df
@KayyooMedia-gd9df 2 ай бұрын
Ijii suree shii aŕgee waraa armaa qulaa madarakiraa utaluu in argin ??moo susii odutuu qabee
@user-qe8rs5gx6r
@user-qe8rs5gx6r 2 ай бұрын
Bakka gaŕaakoo dubbatte jiraadhu 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@ShambalSinke
@ShambalSinke 2 ай бұрын
Eebbfmii 🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
@user-lp1ns6rl8m
@user-lp1ns6rl8m 2 ай бұрын
dhugaa dubaachuuf ergaan obsan wantaa ta'ee kanaa addaa bafaadhee boodaan tasgabaa'e malee, duraan osoo addaa hin baffaattin dura baay'een itti arree ture, ammaa garuu faarfatuun kun doggoongorra hin qabduu.100% akkaa tasaadha eddoo arsaatti wamaamtee waan ta'eef. arriifadheen yaadaa ykn comment Negative kennuu irraa waaqayyoo naa olcherra. please please.....hin arrifaattina waan hundumaan Obsan addaa bafaadha ❤❤❤❤
@BanchayewuLegese
@BanchayewuLegese Ай бұрын
maali ta'aree baga uffattee farafattee
@user-gm5gc9tb6b
@user-gm5gc9tb6b Ай бұрын
Hundummaa dursa nagaan waaqayyo siniif haa bayyatuu jechuun jalladhaa ittii ansudhaan wa'ee obbollettii teenyaa liidiyaa hasaa turtaanii ishiiraa bekkeen mittii garuu akka kiriistanaa tokkoti wantii ishiin goottee kun guttumaan guttuutii sirrii mittii malif yoo jettanimoo macaafnii qulquullun dubarii huffataa dhiraa in huffattin dhiriis huffataa dubaraa in huffattin jedhaa kana yoo godhaan garuu waaqayyo iasani biratii cigga'aamaa in ta'uu jedhaa kanaf ergaa yihudaa keessati namnii seeraa hundumaa yoo egee tokkoo dhisee akka wan hunduumaa dhisetii jedhaa ergaa phawuulos keessatimoo durtiin yeroo iddo arsaaraa batuu riiffensaa ishii yaa haguugatuu jedhaa kana yoo ittii himtaan malif midiyyaratii wamtanii yoo nama tokko karatii in debiifnee malii waaqayyoo waha malee achii sin in keenyee
@habtamueticha59
@habtamueticha59 Ай бұрын
Intalli gara sirbaa tu isheef qajeela. Warri isheetti dhihoo jirtan gorsaa sirba faarfannaa fakkaatu keessaa haa baatu.
@habtamueticha59
@habtamueticha59 Ай бұрын
Gaaffii ani qabu, mucaan kun faarfattuu dha kan jedhe eenyu?
@user-yp5ls1zv9c
@user-yp5ls1zv9c Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ebbiifaamaa
@user-bd4cr9ih7r
@user-bd4cr9ih7r Ай бұрын
ebiifamaa❤❤❤❤
@Derartu-wg4do
@Derartu-wg4do Ай бұрын
Ebifamaa❤❤❤
@WudeGizawu
@WudeGizawu Ай бұрын
Liduu garuu nani jaladhaa dogograa turefii akaa sirfatuu hawii kotii waqayyosi kanaa jalataa dhugaa dubachufi namani baraa kanaa keessaa malee gubaan lalchaa qabuu jedhuu akasumasii tajajilaan baraa kanasii wayyee ufanafi dibaan iratii zimii jedhanitumaa laluu kesatuu nutii warii shamarani bayyee aboomi waqayyoo cabasinee jiraa bayyen kenyaa kanaa waqayyoo nutii haa araramuu😢 hudafuu dhamasaa kotii mee sagalee waqayyoo keesatii ofi haa ilaluu ob// koo wali kenyaa laluu dhifnee dhufamaa wari akaa koo kometii dubisuu jaltan nati hin qabaminaa dhalotaa amaa kanaa fi sagalee waqayyoo yon laluu garuu bayee gara garumaa qabaa
@user-ce6xc8qt6t
@user-ce6xc8qt6t Ай бұрын
Surree,dhiisii,warri,mini,ofitti,maxxasanii,tajaajilan,hinjiranii?
@tasf9513
@tasf9513 2 ай бұрын
Waaqayyoo, kan waaqeffamu dhugaafi hafuuraani, kateefi qolaan miti. Of course qullaan hin waaqeffamu. Garuu, jiinsii dheeraa hanga koomee gahu yoo godhatte rakkoo uffannaa 0% qaba. Zeroo gadis olis miti.
@LaliseTesama
@LaliseTesama Ай бұрын
Eebbifama
@waldaahumnahafuuraaqulqull577
@waldaahumnahafuuraaqulqull577 Ай бұрын
Madarakii isaa latefituu bales😢 Ishin imoo waldaa demu ergaa bektee kani dhulfinaa waqayyoo fi kani tane dhuftee malifi demti 😢
@user-ri5kb4pu5e
@user-ri5kb4pu5e 2 ай бұрын
Dhugadhuma mee sureni hin barbaachisu
@ToliDeresa
@ToliDeresa 2 ай бұрын
Liidiyaan Nama faarsitee,garaa dhalootaf baqochiftuu maleen Nama Nama gufachiiftuu taatee natti hin muldhaattuu,kanafuu warrii ishii hadheesditan waaqayyoof sodaadhaa.
@user-hu4bh8je4g
@user-hu4bh8je4g Ай бұрын
Gooftan Dhiifama iSaaniif haa godhu!,Liidu si jaallana,Amaantoota Maaf Wal xureessina Maaloo????????????????Dabarsinee maaf wal kennina Dhiisamee Dubbiin Akka Jedhamu miti,
@eliasvilogs494
@eliasvilogs494 2 ай бұрын
Galatoomi Jossy❤❤
@kidanetsagaye
@kidanetsagaye 2 ай бұрын
It's okay thanks 🙏
@user-fb2bl2wg6m
@user-fb2bl2wg6m 2 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf anis akka amanaa tokkootti surree uffataanii dooyaa ykn iddoo aarsaatti ol bahuu dubartootaa hin deeggaru, maaliif yoo naan jettan uffanishee dubartiidhaaf ulfinasheeti. Haata'uuyyuu malee muktis akkuma dameesaan bareedu, dubartiinis uffatasheen bareeddi. Faarfattuu kana yeroo baayy'ee namoota isheen ajjabde keessaa dassaalegn duulaa surree uffattee ajjabuushee argeera yoon dogoggoruu baadhe ittis hin gammanne, sagaleeshee bareedaa sana garuu ulfina waaqayyoo qofaaf oolchuu akka qabdu dhaamsa obbolummaa kennaaf, ishee haa eebbisi!
@user-gd3vf4lg9n
@user-gd3vf4lg9n Ай бұрын
Jarana maaltaatan gaafa tajaajilan qofadhaa kan suurree uffachuu dhiisan? Guyyaa hundumaa yoo dhiisan maalifi? Surreen silaa Kan dhiraati waaqayyoo immoo uffata dhiraa dubarri uffata dubaraa dhiirri hin uffatin jedhan maalif yoomiyyuu uffachuu qabu. Waaqayyoo yoomiyyuu hin eeyyamu kana dubbisaarrattis dubbateera.
@ArarsoSelbana
@ArarsoSelbana Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ jabaadhu
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 2 ай бұрын
Safuu saba oromo kan karaa ittn walii xuresuuf karaa ittiin gabatii walii basaan barbduuf cisee hin buluu 😢😢😢
@BulloNagesa
@BulloNagesa Ай бұрын
Oduu Dina hin dhagain demsaa ke itti fufi male
@IsikedarDhaba
@IsikedarDhaba Ай бұрын
Be ayinih wusix miseso iyale gudufi atasay inya kestegawa inji kesurewa guday yelenim
@negasabane962
@negasabane962 2 ай бұрын
Maarree maal balleessite bakkuma ishii gitutti waanuma ishii gitu hojjette, Bakka saamichaa fi burjaajessaa jedhaa malee waldaa kiristaanaa hin jedhiinaa
@Marta-so5ut
@Marta-so5ut 2 ай бұрын
Waqayyoo isanif haa dhisuu
@HindaAbdi-wr2wh
@HindaAbdi-wr2wh 28 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@lalisafikadu-wk6eq
@lalisafikadu-wk6eq 2 ай бұрын
Namni kamiyyuu dogoggoruu mala namni hojjetu dogoggoruun waan hin oolleef.Kanaafuu faarfattuu kana maqaa balleessuufi hamileeshee buusuurra karaa Shirrii ta'e akka namoota waaqayyootti dhiyaatanii gorsuu akkasumallee jajjabeessuu barbaachisa malee callisanii akka warra hin amanneetti itti duuluun bu'aa tokkollee hin qabu.
@chaltochalto0609
@chaltochalto0609 Ай бұрын
Liduuu.koo.homaa.mitii.jechii.namaa.jiraa.iyesus.jabadhuu.waaqayyoo.jiraa.gooftaan.arraraa.haa.godhuuf.warrii.sii.ammessani
@Walattee
@Walattee 2 ай бұрын
Dhugaadha namni wangeelaatti amanuu sila surree uffachuun hin barbaachisu sababni isaas sera kessa deebii 22:5 uffata dhiira dubartin hin uffatiin uffata dubartii dhirri hin uffatin jedhàme barrefameera
@user-lj7nf5oy2v
@user-lj7nf5oy2v 2 ай бұрын
Surreen kan dhiiratti caafame hin jiru
@Walattee
@Walattee 2 ай бұрын
@@user-lj7nf5oy2v surreen kan durbati kan jedhu caqasa naaf kenni uffata dhiraaf durba addan baaftee yoo hin beekne
@Walattee
@Walattee Ай бұрын
@@user-hu4bh8je4g dhimmichi dhimmaa cubbuu miti dhimmaa uffatati malee sera kesa debii 22:5 dubbifadhu
@SarahBose-km4cn
@SarahBose-km4cn Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@Biyyyaethiopia
@Biyyyaethiopia Ай бұрын
Dhugaa jette aniyyu achin ture liidoon tajajilaaf in deemne turte.raajiin waaqayyoonis carraa kennaniif
@MsarhM
@MsarhM Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@LamesaBirhanu-d9r
@LamesaBirhanu-d9r Ай бұрын
Maaltu namaa galche waan barbade hufate
@DemeAlemayehuu
@DemeAlemayehuu Ай бұрын
Waluma galayyu vidiyoo irratti chappistikifi surren akka hafuu maloo warri amantaa kan biroon nutti qosaa jiruu dhugaa off hairdressiinuu hadaraa
@kadosabanti7012
@kadosabanti7012 2 ай бұрын
In jiru tolaan Akka gooftaa walumaa galatti
@IfaaTesfuw-zx8qg
@IfaaTesfuw-zx8qg 2 ай бұрын
Inumti interview godhuyyu Maal Akka interview Gaafatuu beekeeraayi?Maalif Yaada Waaqayyoon Alaatti Akkasuman itti dadhabaa,Waaqayyoon Saba Hundumaa ijaa Tokkon ilaala mitii moo,Akkuma Inni kun Itti Gaafatu Kanatti ilaala? Mee Warri Saba KIRISTOS Taane kottaa,Yaadaa yaa Hubannaan jedham!Obboleessi kun Akkas Jedhee gaafattem;Maalif Afaan biraan FARFAANNAA FARFAATTAA JEDHETU GAAFATTE,MOO AFAAN MAALIF BIRATTI FARFAATTAA JECHAANII JIRAA MOO,ATTAMII AKKI SAA?!!
@user-ne7xw2wd5w
@user-ne7xw2wd5w Ай бұрын
Pls Otoo hin hubatiin maqaa nama balesuuf hin arifatina lidiyaan sagantaa hirmachuuf demtee maale tajajiluuf hin demnee akkaa caara garuu akka farfatuu gafatamnan waltajiti batee farfatee maale itti qophoftee miti
@user-ii3po9op1c
@user-ii3po9op1c Ай бұрын
Ebifamiiiiiiiiii
@user-ws1hh6sl8k
@user-ws1hh6sl8k Ай бұрын
Suree uffachuun maal rakkina qaba? Eenyutu dhorgee?
@yashiiyashii5948
@yashiiyashii5948 2 ай бұрын
Jireenyaa namaa kessaa maltuuu sin galchee yuu kenaa kanii kenefiii waqaayyoo dhaa malee namaa mitii ??
@user-vl5bk2om7s
@user-vl5bk2om7s 2 ай бұрын
Osoo bektuu ufaate mo akkami silaa Suree sanaa?
@BruSam-c1w
@BruSam-c1w 2 ай бұрын
Amale waqyon si ha ebsuu
@melber7957
@melber7957 2 ай бұрын
Teyachew konjeye! Yekena telat new yetenchachaew! Ye aganenet wedajoch! Menem yaderegashew yelem menem new yemelesh! Remember you are the best! Yakorashen! Mezemur be Afan Oromo language mesmat yejemerenew banche new! We love you! Telatesh yesakek,
@caaltucaaltu4552
@caaltucaaltu4552 2 ай бұрын
Maal rakko qabare yoo iffatte qulla hin deemin malee Surre hin uffatanii kan jedhu macaafarra jiramo🤔 Namni akkasuman hasa'a
@user-dv7ir4dz3f
@user-dv7ir4dz3f Ай бұрын
Siluma ergaa tajaajiltuu taatee maaf surree uffattee deemtee?
@Fatia-u9l
@Fatia-u9l Ай бұрын
Hi
@chaltumosisa-xe1xd
@chaltumosisa-xe1xd Ай бұрын
Jabaadhu ati kanarra caalii argami ati jabduu namaa❤❤❤❤❤❤
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 2 ай бұрын
Maa taharee yoo sure dhufatee lidiyaa nama ayyanii waaqayyoo irraa jiruudha 😢😢😢😢😢😢
@KumaAbdi-vp1ck
@KumaAbdi-vp1ck 2 ай бұрын
Nuf jiradha
@KanateArabufafa
@KanateArabufafa 2 ай бұрын
❤❤❤
@MerteHirko
@MerteHirko 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@user-sh6je7ko9n
@user-sh6je7ko9n 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@RegasaTafesa
@RegasaTafesa Ай бұрын
Silumayyuu karaatti ishee itti hamessan barbaduu
@Fatia-u9l
@Fatia-u9l Ай бұрын
Hidink
@YoomlaataEebbisoo
@YoomlaataEebbisoo 2 ай бұрын
Gariidha hundaafu ishiin ha jabaatu
@melber7957
@melber7957 2 ай бұрын
Ye Cristianoch telat esat yewdekbet!
@misganadhugo
@misganadhugo 2 ай бұрын
Galaatomma
@milaawad4586
@milaawad4586 2 ай бұрын
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🙏🙏🙏🎚🎚🙏🙏
@melber7957
@melber7957 2 ай бұрын
What???? Only because of that???? Stop cursing Oromo Cristian
@LetaGuta
@LetaGuta 2 ай бұрын
namakana irraa of eegadhaa dibata guddaatu irra jiraa.
@bekanfeyisa6287
@bekanfeyisa6287 2 ай бұрын
Nama dibatarraa of hin eegan itti eeggatu kkkkk
@dabalezode3702
@dabalezode3702 Ай бұрын
𝐷ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎 𝑑𝑢𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑒𝑒 𝑚𝑖𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑟𝑟𝑖 𝑢𝑓𝑎𝑡𝑎.𝑔𝑎𝑔𝑎𝑏𝑏𝑎. 𝑈𝑓𝑎𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖 𝑓𝑎𝑟𝑓𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑖𝑦𝑦𝑢𝑢 𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢𝑛𝑘𝑢𝑛. 𝑀𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖.𝑟𝑎𝑘𝑘𝑜𝑜 𝑞𝑎𝑏𝑎. 𝐻𝑢𝑛𝑑𝑢𝑚𝑎𝑟𝑢 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑒𝑒 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑡𝑒 𝑓𝑎𝑟𝑓𝑎𝑡𝑎😢😢 𝑚𝑜𝑜 𝑖𝑠ℎ𝑒𝑒.𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑛𝑛𝑖 😢😢 𝑎𝑛𝑖.𝑓𝑎𝑟𝑓𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑒𝑠ℎ𝑖 𝑏𝑎𝑎𝑦'𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑡𝑜𝑙𝑎𝑎 😊
@BurtukaanBekele
@BurtukaanBekele Ай бұрын
Ebifamiaa dhugaa jiruu basuu kesanif
@WaggariiAjema-kx7ov
@WaggariiAjema-kx7ov 2 ай бұрын
Eebbifama
DAWAA LUBBUU | LIDIYA DERESSE | New Afaan Oromo Live Worship @araratvworldwide
12:01
Kind Waiter's Gesture to Homeless Boy #shorts
00:32
I migliori trucchetti di Fabiosa
Рет қаралды 14 МЛН
Challenge matching picture with Alfredo Larin family! 😁
00:21
BigSchool
Рет қаралды 42 МЛН
'Naa Bari'eera naafi' amazing live worship by singer Lidiya Derese.
17:47
Apostle Geda Sera የመንፈስ ቅዱስ ጥምቀት ቤ/ክ
Рет қаралды 14 М.
||SITTAN SIQA|| SINGER LEDIA DERESE @ADAMA CONFRANCE #WORSHIP #HAND_OF_GOD_TV #subscribe
20:06
Prophet Mintesinot Befikadu Official
Рет қаралды 62 М.
Fayyina Ajaa'ibsiisaa | | Raajii Masarat Taayyee || @araratvworldwide
40:39
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 19 М.
Oromummaan siif maali ? @lidiya derese
27:28
Galo show
Рет қаралды 63 М.
Lideya Deresse | AARSAA GALATAA | New Live Worship @guraratoleraofficial
13:27
Gurara Tolera Official
Рет қаралды 90 М.
MIRKANEEFFADHEERA.|| LIDIYA DERESSE New 2024
5:46
Lidiya Deresse Official
Рет қаралды 1,1 МЛН
Kind Waiter's Gesture to Homeless Boy #shorts
00:32
I migliori trucchetti di Fabiosa
Рет қаралды 14 МЛН