Sagantaan beekkamtii laachuu barattootaa

  Рет қаралды 6,313

Fana Television

Fana Television

3 жыл бұрын

Sagantaan beekkamtii laachuu barattootaa
Barattoota akka naannoo Oromiyaatti qabxii olaanaa galmeessaniif sagantaan beekamtii kennuu geggeeffameera.
Sagantaan beekamtii kennuu barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa bara 2012 fudhatanii qabxii olaanaa galmeessisanii kun bakka preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa argamaniit magaalaa Adaamaa galmaa Abbaa Gadaatti geggeeffameera.
Sirni beekamtii kennuu kun akka oromiyaatti barattoota qabxii olaanaa galmeessisan 152 kan hirmaachisee ta'uu ibsameera.

Пікірлер: 3
@tmania434
@tmania434 2 жыл бұрын
Wow baay'ee namaatti tola dhugaa uuufffeee
@dachasaararsa7200
@dachasaararsa7200 Жыл бұрын
Amazing
@misiramohamad2444
@misiramohamad2444 Жыл бұрын
MAKIYA DADAFO ARSE
Who has won ?? 😀 #shortvideo #lizzyisaeva
00:24
Lizzy Isaeva
Рет қаралды 65 МЛН