FiB: Beeksisa Hojii Yoo Barbaaddan...............!

  Рет қаралды 4,096

FIB Advertising & Requiretments

FIB Advertising & Requiretments

3 жыл бұрын

FiB: Utubaa Biyyaa (April 22, 2021) Finfinnee

Пікірлер: 22
@shumiaberagemechu4385
@shumiaberagemechu4385 3 жыл бұрын
FIB'n namootuma ajaayibsiisoo soqxanii nuuf dhiyeessaa jirtuum! Isin illee galatoomaa! Daanii atis kabajami
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Gaaddisa sabaa dhiigakoo garaafi karaa dhoyisa .kanaafuu dubartii kaayyoo garaa kaayii,icciitiif immoo dhiira karaa keessa!!! Imaltoota haqaaf fuldurrii ifaa jabaadhu gaadisa jiruufi tiruukoo
@meseretfetene9277
@meseretfetene9277 2 жыл бұрын
Warri FIB galatoomaa Hayyuu ofii abbaatu jabeeffata. Sanyiii Guddataa umrii dheeradhu abbaa buddeenii hiyyeessotaati ati. Galaalchaa Daani'eelis galatoomi
@sulamaxistube911
@sulamaxistube911 2 жыл бұрын
Jabaadhaa jabaadhaa nama tokkoof jedhanii hammaachuurraa Saba bal'aaf rakkachuu wayya ✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓
@ashenafigezu8206
@ashenafigezu8206 2 жыл бұрын
saanyii koo umuri dheera fayya waaliin siif haa laatu ebbifami
@tamirubelay9677
@tamirubelay9677 Жыл бұрын
waaqayyoo sihaa eebbisu sanyii namaa
@ararsahaile9494
@ararsahaile9494 Жыл бұрын
jabaadha hojii gaari hojjecha jirtu.
@dnnssdnjsnd5811
@dnnssdnjsnd5811 3 жыл бұрын
Ww garidhaa jabadhuu oguma kee bayee nama gamachisaa
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 жыл бұрын
Jabadha warra fib hojin keessan heddu nama boonsa namoota qaroo sabaa tanaa jajabeesa jirtu itti fufaa 🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍
@maammoolaggasaa6922
@maammoolaggasaa6922 2 жыл бұрын
Namni Dubbisu hundi hayyuu miti, Hayyuun garuu nama Dubbisuudha. Kanaaf maarre Hayyuu ofii abbaatu jabeeffata jedhuu mitiire. Sanyiii Guddataa umrii dheeradhu, ammas tola ooltummaan kee itti yaa fufu. Daani'eelis galatoomi kan si ajaa'ibsiifadhu Hayyuu kan akkamiin soqxee argattee? Deebii isaa ..................
@tigestkwt4246
@tigestkwt4246 3 жыл бұрын
Fayyaa ta'i hundinuu osoo akka keetii kanati yaadee bareeda👍👍👍👍👍
@addisaddis1440
@addisaddis1440 3 жыл бұрын
Galaatomaa🌳🌳👍👍👍
@getubeji680
@getubeji680 3 жыл бұрын
Sanyii leenca koo jabaadhu!
@GiftiiOroQueen
@GiftiiOroQueen 3 жыл бұрын
Nuuf jiradhaa oromo koo sanyii hayyoota🙏❤️💚
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Anis obboleeyyan koo isin jaaladha hidda dhiigakoo lafaafi lafeen goototaa oromummaa isin ihaabulfatu
@abebechdinku1623
@abebechdinku1623 Жыл бұрын
Maloo obbolessa koo kan baradhee diploma accountingdhan baradhee naa arguu dandeessa.
@user-ex2ri9bf5l
@user-ex2ri9bf5l 10 ай бұрын
Hojiin accontanti jiraa
@wabiitube6380
@wabiitube6380 3 жыл бұрын
Jabaadhu Sanyii..
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Yooyyaa ashamaa ammas ammaa
@sshawaa4681
@sshawaa4681 3 жыл бұрын
Jabaadhuu 💋
@user-lc5oe3hm8e
@user-lc5oe3hm8e 9 ай бұрын
Galatomi
@guyeedaso5893
@guyeedaso5893 3 жыл бұрын
Atii dhuguma sanyii nufi galatomii
Anaa Dhufu
1:01:26
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 4 М.
HAPPY BIRTHDAY @mozabrick 🎉 #cat #funny
00:36
SOFIADELMONSTRO
Рет қаралды 18 МЛН
Stay on your way 🛤️✨
00:34
A4
Рет қаралды 11 МЛН
ПРОВЕРИЛ АРБУЗЫ #shorts
00:34
Паша Осадчий
Рет қаралды 6 МЛН
FiB: Kalaqa haaraa ibsaatti bilbiltanii banuufi cufuu dandeessan- Utubaa Biyyaa (Oct.27,2022)
34:53
OROMIA11: Beeksisa Hojii Waldaa SIKKOO MANDOO Minisootaa:
1:45
How to win a argument
9:28
ajaxkmr
Рет қаралды 405 М.
The Truth About Money and Happiness with Dr Sana Sajan
43:17
Sheen Gurrib
Рет қаралды 287 М.
HAPPY BIRTHDAY @mozabrick 🎉 #cat #funny
00:36
SOFIADELMONSTRO
Рет қаралды 18 МЛН