FiB: Sirna Kabaja Ayyaana Hundeeffama FiB Tv waggaa 2ffaa Kutaa 2ffaa (Feb 27. 2022) Finfinnee

  Рет қаралды 44,191

FIB Advertising & Requiretments

FIB Advertising & Requiretments

2 жыл бұрын

FiB: Sirna Kabaja Ayyaana Hundeeffama FiB Tv waggaa 2ffaa Kutaa 2ffaa (Feb 27. 2022) Finfinnee

Пікірлер: 173
@francies7859
@francies7859 2 жыл бұрын
*warra FIB baga kabaja ayyaanan ittin isin gahe jabadha*
@sultanhusen4522
@sultanhusen4522 2 жыл бұрын
Laakuu ajibaatii dhuga wajin tura nuh jiiradhaa
@geribehebo9712
@geribehebo9712 2 жыл бұрын
Baay'ee Nama Tolaa Jabbadhaa halumaa kanan itti fufaa 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓👍 👍👍👍👍👍👍👍
@barasandiago4512
@barasandiago4512 2 жыл бұрын
Baga geessan warrakoo jabaadhaa silaa isinumatu nuuf hafe ammallee jabaadhaa itti fufaa.
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Baga geessaa guyyaa kabajaa hundeeffamaa waggaa 2ffaa keessaaniin,jabaadha
@aberashmarga3016
@aberashmarga3016 2 жыл бұрын
Baga geessan Baga geenye fib qaroo hawaasa keenya
@foziibintiislaamji9720
@foziibintiislaamji9720 2 жыл бұрын
Erga guddaa qaba Fib Dagagaa🙏
@obseeshow9855
@obseeshow9855 2 жыл бұрын
FIB tv ija fi guraa oromooti❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Bagaa itin isin gayee fib
@myoromia5459
@myoromia5459 2 жыл бұрын
Baga hundeeffama FIB tv waggaa lammaffaa nagaan geessan Oromoonni alaaf-keessaa , hojjettoota isaa dabalate👍🥰🥰🥰🥰
@gemtachimdesa5755
@gemtachimdesa5755 2 жыл бұрын
FIB Media haqaa baga hundeeffaa waggaa lammaffaatiin isin gahe !! Injifannoon kan uummata dhugaa qabuuti💪
@alisharif3012
@alisharif3012 2 жыл бұрын
Midia jabeefamu qabudha jabadha waali jabeessa ❤️
@sabontu
@sabontu 2 жыл бұрын
maati Naaf tayi mer Ali
@gonfkefena1968
@gonfkefena1968 2 жыл бұрын
Baay'ee gaarii dha jabaadhaa waggaa 3ffaa kana keessatti sagantaa tokko torban tokko guutuu kan irra deddeebitan ni fooyyessitu jedhee abdadha. Namoonni hedduun anas dabalatee irra deddeebii hifatanii TV kan biroo banatanii ilaalu
@suuftube3511
@suuftube3511 2 жыл бұрын
diraman kun nama ija fi gurra qabuti erga gudda qaba
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 2 жыл бұрын
Bagaa Waggaa 2ffaa geessaan siin jalanaa jabadhaa
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
OnneenTokkummaa Ardaa marii barnootaan Dr ilkaanin hojiidha waliindubbadhu freeHoggaantoota ABO Fayyaan pro Sammuunis injifannoo qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi malee yaadaa amanuudha!!!
@rabiyaaalii8637
@rabiyaaalii8637 2 жыл бұрын
Baga geessan FIB sagalee uummataa jabaadhaa ❤🌳❤🥰🥰🥰🥰🥰💗💗💗💗💗💗💗❣❣❣❣❣😘😘🌹🌹🌹
@ethiopia9515
@ethiopia9515 2 жыл бұрын
Dhugaa keeti👌👌oromoo wal jabeffadhuu 💋oromo yomiyyu gootaa💋💋💪💪💪💪
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 жыл бұрын
FIB furtu oromookeenya❤❤❤❤ Baga geessan Tokkummaa Tokkummaa Takkummaa Yaa Ilman oromoo TOKKUMMAAAAAA❤❤😥😥😥🙏
@tokkummaanhumna5064
@tokkummaanhumna5064 2 жыл бұрын
Baga geettan FIB TV. Baga kan oromo taates
@kitetube4039
@kitetube4039 2 жыл бұрын
jabaadhaa isin faanan jira ana barataa yuunivarsiitii Amboorraa
@yousufjihaad4687
@yousufjihaad4687 2 жыл бұрын
Jabadhaa ❤️❤️ummannii Oromoo Midiyaa kanaa jabesaa KZfaq isaas gudiisaa sher godhaa
@qananiifayissaa8247
@qananiifayissaa8247 2 жыл бұрын
Baga gammadan gammachuu keessan hammachuu keenya qalii sabaati isiin
@SamsungAs-cq9jg
@SamsungAs-cq9jg 2 жыл бұрын
Jabadhaa 🌹🌹🌹🥰🥰
@dinemohamed4696
@dinemohamed4696 2 жыл бұрын
Jabaadhu
@bashaduuyeemaariyamlijii8952
@bashaduuyeemaariyamlijii8952 2 жыл бұрын
Wwww Bayyee Namati Tolaa Jabadhaa
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 2 жыл бұрын
WELCOME BACK FIB ❤💚❤ Baga geettan fib media ummataa❤🙏
@sabontu
@sabontu 2 жыл бұрын
maati Naaf tayi mee bilise koo
@abdulqaadir9443
@abdulqaadir9443 2 жыл бұрын
Jabaadha hoji gaari hojjacha jirtan
@masarathkazoo1865
@masarathkazoo1865 2 жыл бұрын
Www baga gesan ❤❤❤❤
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 2 жыл бұрын
Akoo manoyee utubaa isaa dhabadhu kaa kkkkkkk namati toltuu jabadhaa fib.❤❤❤
@diribafedasa3156
@diribafedasa3156 2 жыл бұрын
FIB nuuf jiraadhaa!!
@geteangasu3681
@geteangasu3681 2 жыл бұрын
Bagaa Geessan❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏
@turkeywakjira5146
@turkeywakjira5146 2 жыл бұрын
Liven isiin daawadhe baay'ee namatti tola jabadha!!!!
@hadhaako
@hadhaako 2 жыл бұрын
Wwowowo ijoolee lakkuu jabefamu qabuu jajabe wanii namati toltuu jiradhaa ♥️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚
@seenaaorotube6627
@seenaaorotube6627 2 жыл бұрын
Bagaa ittiin isiin gaahee Fib midiyaa bayyeen jaladhuufi dinqisifadhu Akkasumaas midiyaa ummataa oromoo midiyaa jabaa isiin wojjin jirraa jabadhaa
@fjvvnbvc5217
@fjvvnbvc5217 2 жыл бұрын
Diramaa barumsaa heduu qabuu mshaaallhaa
@hawiilove8890
@hawiilove8890 2 жыл бұрын
I love you oromo so much very nice 👌 💕 ❤
@sultanhusen4522
@sultanhusen4522 2 жыл бұрын
Jabbadha
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Heduu isin jaldha.bagumaa kenyaa.tatani.
@genetgenet68
@genetgenet68 2 жыл бұрын
Ayyannaa garrii
@shahabuddin7140
@shahabuddin7140 2 жыл бұрын
Wowowowo baga gesanii 🙏🙏🙏🙏🙏🌾🌾🌾🌾💓💓💓
@balisayusuf3543
@balisayusuf3543 2 жыл бұрын
Bagga gessaan fib
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Ogeessa harkaafi eeguuwayyaa to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi kolfisiiseeDr to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee
@worqaatube5385
@worqaatube5385 2 жыл бұрын
Mashaallah nuuf jiraadhaa
@user-kp8tg9xy7o
@user-kp8tg9xy7o 2 жыл бұрын
Jabadhaa fib🏆🏆
@rnirani8217
@rnirani8217 2 жыл бұрын
jajabadhaa jajabee kenyaa
@qananiifayissaa8247
@qananiifayissaa8247 2 жыл бұрын
Jajjabadha jajjabee waan ofii lammiif waan baayyee namati tolaa jajjjabadha lammii too
@thankstogod4710
@thankstogod4710 2 жыл бұрын
baga ittiin isin ga'e!!!!!!!!!!!!!!!! hojiin keessan baay'ee barsiisaa fi kan nama boonsuudha!!!!!!!!!!!!!!!!jabaadhaa!!!!!! galma yaaddan ga'aa!!!!!!!!!!!
@EDINQ819
@EDINQ819 2 жыл бұрын
Watching to from Nairobi Kenya Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@hawwiimucaayawayidoo4156
@hawwiimucaayawayidoo4156 2 жыл бұрын
jabadhaa dhugaa media kun hojii gaarii hojjechaa jirtuu
@abdiijiraagooftabiraahome295
@abdiijiraagooftabiraahome295 2 жыл бұрын
Baga ittin isini gahee FiB
@suleymanahmad3057
@suleymanahmad3057 2 жыл бұрын
Baye garidha jabadha itti fufa
@bedasahika4814
@bedasahika4814 2 жыл бұрын
LU fi LE the True friends of anytime, I LOVE U
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Wowww.bagaa.gamdani
@yomnuftefera3298
@yomnuftefera3298 2 жыл бұрын
JABAADHAA!
@amaneeneamaneene3282
@amaneeneamaneene3282 2 жыл бұрын
Maashalaa maashalaa 👍🌹🌺🌹♥️
@sademumerohammed7345
@sademumerohammed7345 Жыл бұрын
Jabaadha Naaf taatani jirtu
@senakebekisoressa1420
@senakebekisoressa1420 2 жыл бұрын
Baga ittin isingaheFib
@saps4hana591
@saps4hana591 2 жыл бұрын
Furmaatni Sirna Gadaati!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@DUREEKOOMEDIA
@DUREEKOOMEDIA 2 жыл бұрын
Baay'ee bareeda
@suuftube3511
@suuftube3511 2 жыл бұрын
gaaltom qophesitoni fb
@user-kp8tg9xy7o
@user-kp8tg9xy7o 2 жыл бұрын
Jabadhaa heduu Galatians❤️❤️
@rowcell8528
@rowcell8528 2 жыл бұрын
Baga ittin sii gahe fb
@nimonatolera6936
@nimonatolera6936 2 жыл бұрын
Baga gammaddani baga geessani
@abduletifahmed3962
@abduletifahmed3962 2 жыл бұрын
Bagaa Geessan! Adawwiin teessan cilee Bishaan buute haataatu!
@hadhaako
@hadhaako 2 жыл бұрын
Ijoolee tokkummaa motumma biyyaa keenyaasi oso kana dawatee ❤️❤️❤️❤️❤️
@sameeramohamad4612
@sameeramohamad4612 2 жыл бұрын
Akkoo manoyyee lammaffaatu dhufe? Kkkkkkkk Bayee natti toltan ❤️💚❤️❤️❤️❤️
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Ijaarsa OBN laftis icciitiin waraanaaf lubbuu qabeenyi Garaan yaannis hin mul'atuu kanaafdiina eeggadhuu gurriis bultiif furtuudha gzx kabeekuufi ka eeguuwayyaa to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah
@msabontuormo8887
@msabontuormo8887 2 жыл бұрын
Ormoo ko ❤️❤️❤️
@ayatiayaati4473
@ayatiayaati4473 2 жыл бұрын
Wagga kumaa jiradhaa Baga gessanii
@gaaddiseegaaddisee334
@gaaddiseegaaddisee334 2 жыл бұрын
Sirni biyya bulchaa turee hunduu Angoo Waal jijiraa maalee Takka ummata yadee hin beeku
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 2 жыл бұрын
Congraa
@gedemamuleta8657
@gedemamuleta8657 2 жыл бұрын
Bagaa gessaan 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@masiiasuda3475
@masiiasuda3475 2 жыл бұрын
Wwwwwwooo Oromo koo🥰🥰🥰💟💟💞💞💞💞💞🕊🕊🕊🙏🙏
@fayizailiyasomntube6977
@fayizailiyasomntube6977 2 жыл бұрын
😍😍😍fib long life
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Faziyaa
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Faziyaa matii naf ta'i
@odaa5hd541
@odaa5hd541 2 жыл бұрын
Wow baga gessan
@hawiart9673
@hawiart9673 2 жыл бұрын
Baga geessan! Obbolaatu wal lola😀
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 2 жыл бұрын
Welcome Oro ko
@alisharif3012
@alisharif3012 2 жыл бұрын
Baga waga lamafa 2 isaa geessan!
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 2 жыл бұрын
Akkoo munooyyee uuffff nuuti oromoon bara durii irraa kassee hangaa ammatti gabrummaa kessaa yoom bana diramaan kuun ergaa guddaa qaba
@summayyasumi8302
@summayyasumi8302 2 жыл бұрын
Jabadhaa Fib ❤❤❤❤
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 2 жыл бұрын
Congratulations 🎊🎉🍾🎈 FIB
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Boni matii naf ta'ii
@hawwiimucaayawayidoo4156
@hawwiimucaayawayidoo4156 2 жыл бұрын
kkkk wwwww warrii dohii namq kofalchisuu😍😍
@hadhaako
@hadhaako 2 жыл бұрын
Baga wagga lammaffa keessan Baga gesanii 😘😘❤️❤️🥰🥰,💚💚💚
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 2 жыл бұрын
Wowwwwwwwwwwwooo congratulations yaa Oro jabadhaa ♥️♥️💚💚♥️♥️💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Hawo matii naf ta'ii
@fuziyajamal3186
@fuziyajamal3186 2 жыл бұрын
As wr wb masha allaah
@gannathusseen4597
@gannathusseen4597 2 жыл бұрын
Baga gesa kani bara dhufuti isin haagayyuu
@fuziyajamal3186
@fuziyajamal3186 2 жыл бұрын
Baga walomaan gelinee baga gamadaani😍😍😍😍
@milkoodhiboo5544
@milkoodhiboo5544 2 жыл бұрын
Baga geessan oromoo koo
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Ijolee oromo asumani mati naf tayaa 💯♥❤👌
@birkisaabdurahman7590
@birkisaabdurahman7590 2 жыл бұрын
Congratulations ❤️❤️💚💚❤️❤️
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Birkisa mati naf tayi lubu
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Birkisa mati naf ta'ii
@salisbeker6249
@salisbeker6249 2 жыл бұрын
Baga geessan......
@masaratsbadhoo4171
@masaratsbadhoo4171 2 жыл бұрын
Baga gessaan
@yahwenesi3286
@yahwenesi3286 2 жыл бұрын
Wow congratulations FIB
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 жыл бұрын
Wawooo
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Bulchiinsalafaatiin Mootiin gurriis mootummaan biruma hinargine welcome medicine to listen Ustaz Abubakar &freeAyyaannaa to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah sawsawDr Abiyy Ahmad dubbisiigzx OMNA'ILMAANIIF tokkummaa arjaadhaa hubadhu
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Amann matii naf ta'ii please
@birkisaabdurahman7590
@birkisaabdurahman7590 2 жыл бұрын
Love you Oromo koo 💪🏻💪🏻💪🏻❤️💪🏻❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️❤️
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Lafaa Nafaa Gaafabeekan Qeeyis BalaayMokonniin lafaa ummataaf irkoodha garaan gzx kabeekuufi ka eeguuwayyaa to yaada mo'ataan harkis haqamootii birumaDrNural Hudaatv tosee government Medical center dugdiis Utubaadha to yaada mo'ataan harkis haqamootii aswrwb.yaannis kurreejilbaatii masgiidaafi Goorgiisii hayyuun lubbuu
@sabontu
@sabontu 2 жыл бұрын
Nuuf jiraadhaaa❤❤❤❤❤❤
@adamasrar8946
@adamasrar8946 2 жыл бұрын
❤💚❤
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 34 МЛН
Buzee fi Takkee
9:35
Sikkoo Tube
Рет қаралды 16 М.
Sheikh Alo Kabir Umar.Jzk! Manzumaa durii
56:00
MORMOR TUBE
Рет қаралды 54 М.
Diraamaa Gabaabaa Gola Aartii(Mudde 24,2023)Finfinnee
18:47
Waliif TV
Рет қаралды 150 М.
The Day Lionel Messi and Cristiano Ronaldo Shocked The Whole World
11:16
Obbo shimallis Caffee keessatti gaafiidhaan Bishaan dhuge
9:04
United Oromia
Рет қаралды 94 М.
Miira Keenya (Mudde 24,2023) Finfinnee
13:37
Waliif TV
Рет қаралды 18 М.
Gymrat CAT is a CHEATER?! 🙀 #kitten #cat #cute #aicat
0:45
Stunning Cat Stories
Рет қаралды 17 МЛН
KARMA AT SCHOOL 🏫 Stop time
0:32
dednahype
Рет қаралды 3,8 МЛН
Spot The Fake Animal For $10,000
0:40
MrBeast
Рет қаралды 163 МЛН
КАРОЧЕ НЕУДОБНАЯ СИТУАЦИЯ😱🔥 #shorts
0:45
ПОПОВИЧИ
Рет қаралды 3,7 МЛН