FiB: Utubaa Biyyaa; Daree keessattii dhumaa ba'uu irraa gara Foormulaa Herregaa Kalaquuttii!

  Рет қаралды 8,442

FIB Advertising & Requiretments

FIB Advertising & Requiretments

2 жыл бұрын

FiB: Barataa Kutaa 12ffaa Gamteessaa Deeksisaa; Daree keessattii dhumaa ba'uu irraa gara Foormulaa Herregaa Kalaquuttii!

Пікірлер: 44
@faamiiibrahim4178
@faamiiibrahim4178 2 жыл бұрын
Jajjabaadhuu Baradhuu Namani Akkanq Khun Jirachuun Gaariidha Ijoollee Keenya Warra Si Boodan Dhufa Jiraniif Furmaata Tata
@alamusimeboja673
@alamusimeboja673 2 жыл бұрын
Baayyee gaaridha galatoomaa warri FIB garuu barsiisaa dhaabdanii ufii keessaniif teessanii haasoftuu isin sirreeffadha achi carraa gaarii obboleessa keenna cimaa kanaaf
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Media Fib jabaadha hojii boonsaa hojjaachaa keessuumaa barattoota ciccimoo.naannoo baadiyyaa jiraan qoraattanii gara.media irraatti fiduu keessanii gltm😍🙏🙏
@abrahamali7259
@abrahamali7259 2 жыл бұрын
Qubbe generation scientists very proud of you keep it up Oromo and English language is enough to be scientists you don’t need to speak Amharic. And many thanks to fib show.
@xajjoogutu2588
@xajjoogutu2588 2 жыл бұрын
Jabaadhu kan Caalati biyyaa keenyaa warraa hammaa harkaa futaa❤💖
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 жыл бұрын
Wowow anille barumsaa eddun jaladhaa oso madami wajjin waal hin bariin jabaadhu qaaxaale koo nan danadahaa yoo jette waanti ati hin dandaahin hin jiruu waqayyoo wajjin jabashuu
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Jabaadhu B/ Gamteessaa kan kana olii sirraa eegnaa,dhugaa dubbaachuuf barattoonni ijoollee.baadiyyaa osoo deeggarsaa ykn jajjabinaa qabatanii/deeggarsaaa qabaatanii bb ciccimoodha wqy isaan haa milkeessuu😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@abdissaabdullahi6423
@abdissaabdullahi6423 2 жыл бұрын
Jabaadhu qaxaale koo
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Mudannoo barsiisee yeroodubbisuu garaan mana Gale ani dhabbadhee eegaaturee barsiisootaaf.Bulchiinsalafaatiin garuuZinnash dugdaa ArtAbdii ibraahim jabaadhu galannii keeguddaadhaa
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
UstazRaayyaaAbbaa Maccaa dhaamsa Abbaan Duula Beekumsi Barrera to see Salamawit kasa karaan sirna hargansuu qaaliidha siyaasni kufee beekne to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi kurreejilbaatii Usmaayyoo Muussaa furtuudha GzxNuralhudaa fedhiin lubbuu OMN to see ethical issues
@haadhabiyyaoromtiittilove7678
@haadhabiyyaoromtiittilove7678 2 жыл бұрын
FIB 🌳 nuuf jabaadha
@gemedawakgari7281
@gemedawakgari7281 2 жыл бұрын
Jabaadhuu gootakoo
@jaleneyadeta783
@jaleneyadeta783 2 жыл бұрын
Barsiisan ciima yaada qajeela qabu akka kee dhalootaf murteessaa dha! umuurii dheeraa jiraadhu. Barsiisichii iyyuu baadhafmuu qaba!!
@bontufayera678
@bontufayera678 2 жыл бұрын
Woooow Akkasii qaxallee ilmaa jabeesa adara❤💚❤💚❤💚❤👌 Wooooooow Daniii ati lencumaa dhugaa jabaa keenyaa lenca FIB!!!!! DANII KAN IRRAA IMMOO JALALII NAQABEE JIRAA SAGALEE ISAA BAY'EE JALADHAA DHUGAA(DANII 143❤)
@lelookej7097
@lelookej7097 2 жыл бұрын
Proud of oromo students. Open you tube to teach oromo Student live in country side sheer your knowledge.
@jaleneyadeta783
@jaleneyadeta783 2 жыл бұрын
Great news 👏👏👏 Great job 👏 👏👏
@naaomiichannel2490
@naaomiichannel2490 2 жыл бұрын
Wow! jabadhuu Cimaa keenya!
@naoletube6017
@naoletube6017 2 жыл бұрын
Great Job! Go ahead.
@direman9181
@direman9181 2 жыл бұрын
Gamteessaas square law
@gemtessadeksisatolera9727
@gemtessadeksisatolera9727 2 жыл бұрын
Anayyuu ajahibee buleen gaafan ilaaluu
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Guduunfaa barnoota Addunyaafis waraanaaf lubbuu qabeenyi Garaan Addee Caaltuu Sabaafisa dugdaadhageeffachuun guyyaafi halkaniis radio station Nutiiksii to see ethical issues kolfaan dhumnee gurriis bultiif
@gelanenegase4849
@gelanenegase4849 2 жыл бұрын
Bagaa waqayyoo si milkesee kana caalaa milkahii
@sinanmulisatube7761
@sinanmulisatube7761 2 жыл бұрын
Amizing Gamte...
@DOTutor
@DOTutor 2 жыл бұрын
great job f
@haadhabiyyaoromtiittilove7678
@haadhabiyyaoromtiittilove7678 2 жыл бұрын
barat Gamteessa carraa gaarii🥰🌳💪💪
@ranirak3042
@ranirak3042 2 жыл бұрын
Gootaa.ilmaa.keenyaa.ilmaa.abbaa.gaadhaa.love
@abrahamali7259
@abrahamali7259 2 жыл бұрын
Qubber generationscientists
@user-qz4jf3cr4i
@user-qz4jf3cr4i 2 жыл бұрын
wwooowww
@abdissaabdullahi6423
@abdissaabdullahi6423 2 жыл бұрын
Kaa af gafii gafaatu sun galaafi garuu 😂😂
@muyetube1563
@muyetube1563 2 жыл бұрын
FIB fi omn midiyaa sabni oromoo qabu kessaa sadarkaa jalqabaa irra jirtu jabaadhaa dhugaa baayee isin jalana haluma kanaan itti fuufaa
@user-xy6hx4pn7h
@user-xy6hx4pn7h Жыл бұрын
akkaminan isin qunnamu danda'a ?? formula herrega kan mataa kooti kalaqee, mana barnootakoorra waraqaa raaga nan qaba.
@obsekabbaada8895
@obsekabbaada8895 2 жыл бұрын
💪💪💪💪💪💪💯♥️♥️
@kiyyaakoo8141
@kiyyaakoo8141 2 жыл бұрын
gemtessa deksisaa i love you
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
kiyyaa maatii siif ta'eera atis maatii naaf ta'i kzfaq.info/get/bejne/iteGlcSWmsmYaXU.html
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Manaþi qaaliidha siyaasni kufee dugdaafi kurreejilbaatii Getachoo Reduce kolfaan dhumnee gurriis fedhiin lubbuu qabeenyi garaan gzx kabeekuufi ka eeguuwayyaa to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi freeMika'elboraana freeHoggantoota ABO Cufaafuu to yaada mo'ataan qaama miiraatii barnoota Ida'amuun dubbii deemsis gurraafshira diina him arginee yaadee hin dagatiin Furmataa ONN19831st to yaada mo'ataan qaama miiraatii koottudhufee harkis haqamootii ijaafigurraa Qalbiin waraana welcome johar Muhammad guyyaan
@gnetekebede9893
@gnetekebede9893 Жыл бұрын
Wwwww💟💟💟💟💯💯💯💯
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
ArtUmarUsleeyiman yoo demean deemsis tosee government Medical center dugdiis Utubaadha to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah sawsawDr Abiyy Ahmad dubbisiigzx OMNA'ILMAANIIF tokkummaa kurreejilbaatii Getachoo Reduce kolfaan dhumnee gurriis
@robagizachew4273
@robagizachew4273 2 жыл бұрын
Kalaqa qabna interview godhachuu barbada godina Shawaa lixaa magaalaa shanan irraa nagaa wajjin
@garomsadiriba8502
@garomsadiriba8502 2 жыл бұрын
Jabaadhu qaxalee ilmaa. Garuu intro sagantaa kanaa maaliif jijjirtan ?
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
melba tube maatii siif ta'eera atis maatii naaf ta'i kzfaq.info/get/bejne/iteGlcSWmsmYaXU.html
@kiyyaakoo8141
@kiyyaakoo8141 2 жыл бұрын
wahii wajjiira banoota gindabarat!!!!!!!!!!!!!!!
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Jabaadhuu jabaa mootii jilbaan art Daadhii GalaaAbubakar to yaada mo'ataan qaama miiraatii Dr ijaafuudhi gurriis biruma qalbiin waraana kufee Har'a Aadaafduudhaa laftisruqichadiina to see ethical issues kolfaan dhumnee gurriis bultiif furtuudha GzxNuralhudaa fedhiin lubbuu OMN to see ethical issues Sa'adaaAbdurrahmaan yaadii swear naatoo qabuu amanuu class Tokkummaa nageenyaa ummataaf irkoodha arrabaafi onneen listening Dr ilkaanin hojiidha waliindubbadhu freeHoggaantoota .kolfaan dhageeffachuuf barnoota biruma qaama
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Gurriis waraana keessaa medical center of school yuniversity Anaadhufu GzxSabbintu Ahmad dubbisiigzx OMNA'ILMAANIIF tokkummaa arjaadhaa hubadhu Pro Biranuunaggaa1997 milas yelawak failed equality listening barnoota ProBiraanuuNaggaa hin arginee yaadee hin dagatiin Furmataa ONN freeHoggantoota ABO Cufaafuu to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah gzx Daniel Tasfayee yeroodubbisuu Onneefaa'izaa dhiifamaafi
БАБУШКИН КОМПОТ В СОЛО
00:23
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 15 МЛН
Эффект Карбонаро и нестандартная коробка
01:00
История одного вокалиста
Рет қаралды 9 МЛН
Как бесплатно замутить iphone 15 pro max
00:59
ЖЕЛЕЗНЫЙ КОРОЛЬ
Рет қаралды 6 МЛН
A Muslim Man Enters a Church - They Laughed
39:53
Sabeel Ahmed
Рет қаралды 1,3 МЛН
Oduu Ammee, gabaasa haarawa amma nugahe......
18:05
Oduu News Channel
Рет қаралды 78
These 15 WORDS Will Make Your ENGLISH Absolutely Amazing
31:52
Shivangi Gupta
Рет қаралды 555 М.
80 Year Olds Share Advice for Younger Self
12:22
Sprouht
Рет қаралды 1,4 МЛН
DUBARTIIN/DHIIRTI Fedhii harkaan offirraa baasun  hangam takka haraamii⁉️⁉️
12:21
Sheihk Anwar Yusuf (official)
Рет қаралды 6 М.
FiB: Barataa Kutaa 12ffaa Naasaa Qaasim Kan Foormulaa Fiiziksii Kalaqe
43:28
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 23 М.
FiB: Of Ilaallee (Aug.07,2022) Finfinnee
35:44
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 24 М.
Rabbit doesn't know who hit her#Short #Officer Rabbit #angel
0:46
兔子警官
Рет қаралды 14 МЛН
Good job hero. #shorts #fyp
0:20
Gbeckett12
Рет қаралды 52 МЛН
КАЧЕЛИ ИЗ АРБУЗА #юмор#cat  #топ
0:24
Лайки Like
Рет қаралды 1,7 МЛН
Stay on your way 🛤️✨
0:34
A4
Рет қаралды 11 МЛН
EVOLUTION OF ICE CREAM 😱 #shorts
0:11
Savage Vlogs
Рет қаралды 3,1 МЛН