No video

Film Afaan Oromoo mi'aa jalalaa

  Рет қаралды 51,279

Wande Kumalaa

Wande Kumalaa

2 жыл бұрын

Пікірлер: 74
@takelehirko4488
@takelehirko4488 2 жыл бұрын
Kaka'umsa keessaniif galatoomaa garuu jechoota ergisaa kannen akka "baqqaa,bichaa,ikkoo kkf dhiisuu yaalaa loqodaa qulqulluu dabarsaa.
@Maskarmi51
@Maskarmi51 Ай бұрын
Bayyee garaa namaa nyataa Akasumaa barumsaa qabaa DHugaa ittii jabadhaa
@NimonaGudeta-o1s
@NimonaGudeta-o1s 11 күн бұрын
🎉🎉🎉Wow Itti Fufaa Qomoo Bay'ee Namatii Tolaa
@jamilaaabdee7892
@jamilaaabdee7892 2 жыл бұрын
Waaaw qomoo koo jajabadhaa artii kesaan gudifadhaa❤❤❤❤🍎🍏🍎
@joodalshehri2378
@joodalshehri2378 2 жыл бұрын
Enyu kan Akako biyya hormati jalaalan midhama Jiriu💔💔💔💔💔💔
@wandekumalaa7610
@wandekumalaa7610 2 жыл бұрын
Maliif
@joodalshehri2378
@joodalshehri2378 2 жыл бұрын
N@@wandekumalaa7610 Maqanko kiyyadha Kanin dhaladhee guudadhee wollega dambi dollodha. Garudambira biyya jijirane magala mechara Gale achin bode umrinko yerobbaarnotaf gau 1-8baradhen achin bode 9fi10highschoolliti kan samekoo wajin walbare Dhuga dhubachuf kanandura isaarge hinbekunture samenko dhaallaata maggalaa mecharamiti dhalata magala Qaqe ture kuta10barachuf nubiradhufe kutakenya isagae akkuman isaargen Jaladhe garu wan Nama dhibu kanisa jalatan heddutu ture garu inni kanjalatu anature akkainni najalatu natihime anisnanjaladhani garu Nan sodadheni achin bode bilbila waljijire oso hasofnu 💔💔 akka Tasa biyya horma demu karorfadhe matis amansise pi Rosasi fixen biiyyya Alan Bayeammaa kanmataadhukubi nati Tate Sami Sinjalaadha bonako🌷🌷🌷🌷🌷😔😔😔😔😔😔😔🥰🇪🇹❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@joodalshehri2378
@joodalshehri2378 2 жыл бұрын
@@wandekumalaa7610 💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@sitinaesmael7843
@sitinaesmael7843 2 жыл бұрын
Uuuuuuufii😥😥
@wandekumalaa7610
@wandekumalaa7610 2 жыл бұрын
Mailin siigargarruu?
@dagimbereket9555
@dagimbereket9555 2 жыл бұрын
Wande kke nyaa jabadhaa namstii toltuu
@Senaa-g5c
@Senaa-g5c 11 күн бұрын
Hubadhaa dhugaa hundii ❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 2 жыл бұрын
wowowow Qaliiwan Kenyaa Nuf jiradhaa 💘💘💘💘
@mulugemechuu
@mulugemechuu Жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffffff jabadha namatii toltuu bay'ee
@calitutube9524
@calitutube9524 2 жыл бұрын
Wwwwwwoooo Baayee Gaaridhaa Gaalatomaa Jaabadha
@HayimanotGirma-hw7fc
@HayimanotGirma-hw7fc 4 ай бұрын
Baayee Namati Tola nice
@oromiyaabiyyaatoo894
@oromiyaabiyyaatoo894 2 жыл бұрын
Itii fufaa namtii tolaa 👍👍👍
@wandekumalaa7610
@wandekumalaa7610 2 жыл бұрын
G.l
@urgeetadese3475
@urgeetadese3475 2 жыл бұрын
Baayyee namatii tollaa itiffufaa
@darartuudarajjee4919
@darartuudarajjee4919 9 ай бұрын
Wly bayee das nama jedha 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@qaroegere6607
@qaroegere6607 Жыл бұрын
wande bye garidha ammayyu filmiin oromo haaran gara kee ha dhufuu jabadhuu
@wandekumalaa7610
@wandekumalaa7610 Жыл бұрын
@darartuudarajjee4919
@darartuudarajjee4919 9 ай бұрын
Uuuuuufff wayii jalala dhuga😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zaharamuhammed9941
@zaharamuhammed9941 2 жыл бұрын
Bayee namati tola
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 2 жыл бұрын
Wowww 😭😭😭😭💔💔💔💚💚💚💔💔💔
@fhasan5918
@fhasan5918 9 ай бұрын
Namattii tollaa❤❤❤
@yahyaamuhammadnur
@yahyaamuhammadnur Жыл бұрын
Hunda dura Galata ogeessa cameraf jabaadha atin ogeessa dhugaa
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 жыл бұрын
Wow namti toltuu waq itti fufaa kesatuu mucaan hiriyaas sun hiriyaa bara kana kan akkan Bada hin argamuu addan nama Basu yadu malee
@nanat1397
@nanat1397 2 жыл бұрын
Afaan oromoo qulqullessa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Filmichi moo namati tolaa
@wandekumalaa7610
@wandekumalaa7610 2 жыл бұрын
Wowo
@ShamsudinXirey-gp2qp
@ShamsudinXirey-gp2qp Жыл бұрын
Yes
@mashoshirka631
@mashoshirka631 2 жыл бұрын
Jabaadha Ergaa guddaa qaba
@milion1483
@milion1483 Жыл бұрын
Wawo baayee namati tola
@borticanbortican9463
@borticanbortican9463 Жыл бұрын
Barumsaa guddaa qabaa jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😥😥😥
@balayinesh7233
@balayinesh7233 2 жыл бұрын
Wow bay'e dassi nama jedha ❤❤❤❤👍👍👍👍👍
@lemilijalem3998
@lemilijalem3998 2 жыл бұрын
cabi atoo
@HayimanotGirma-hw7fc
@HayimanotGirma-hw7fc 4 ай бұрын
Nice
@Senaa-g5c
@Senaa-g5c 11 күн бұрын
Uuuuuuu ergaa guddaa of kessaa qabaa dhugaa dhaa
@fahishaaorotube5877
@fahishaaorotube5877 2 жыл бұрын
Uuuuuuufffffffff yaa Jaalala bara kana kan galmaa hin gene 😰😰😰😰😰
@oromiyyaabiyyaakoo5583
@oromiyyaabiyyaakoo5583 Жыл бұрын
❤❤❤❤wowo orromoo koo jabadhaa❤❤
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 2 жыл бұрын
💘💘♥️♥️❣️💝💝💝
@dawee4744
@dawee4744 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@chaltuuethiopiayoutube8388
@chaltuuethiopiayoutube8388 2 жыл бұрын
❤❤❤❤⚘👌
@abdishibiru7981
@abdishibiru7981 2 жыл бұрын
Wandee story baay'ee bareedaadha plus ergaan fiilmii keetii daran guddaadha....garuu afaan irratti hojjedhaa...isa qofaa qulqulleeffadhaa irraa kan hafe bareedaadha baay'ee.. keep it up brother!!!!!
@wandekumalaa7610
@wandekumalaa7610 2 жыл бұрын
Okey my bro
@FakiihaAhimad
@FakiihaAhimad 11 ай бұрын
mashallah hin bareda bayyee jabadha qaalii ko
@abalfaydiiabalfaydii3358
@abalfaydiiabalfaydii3358 Жыл бұрын
Abalfaydii abalfaydii
@urgeetadese3475
@urgeetadese3475 Жыл бұрын
😘😘😘
@amanegidisa583
@amanegidisa583 Жыл бұрын
💋👍👍👍👍👍👍👍👍
@kooketi7326
@kooketi7326 Жыл бұрын
😢😢😢😢
@fatimaabdullah4156
@fatimaabdullah4156 2 жыл бұрын
😢😢😢💔
@ibsachanal2016
@ibsachanal2016 2 жыл бұрын
👍👍❤❤❤❤💚💚💜💞
@sabontu
@sabontu 2 жыл бұрын
❤❤❤❤❤😭💔
@dagimbereket9555
@dagimbereket9555 2 жыл бұрын
😍😍💗💗💗😍😍😘😘😘😘😘😘
@fatiyakasim
@fatiyakasim Жыл бұрын
Wwww
@alqoua9261
@alqoua9261 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭
@beletudebele5964
@beletudebele5964 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk
@bonatuutesfayegemechu2106
@bonatuutesfayegemechu2106 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@lesakwt6576
@lesakwt6576 2 жыл бұрын
Jiradhaa
@darartuudarajjee4919
@darartuudarajjee4919 9 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤😢😢😢😢😢
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Ijolee madmii mati naf tayaa
@urgeetadese3475
@urgeetadese3475 2 жыл бұрын
💘💘💘💘💘💘💚💚💚💚
@urgeetadese3475
@urgeetadese3475 2 жыл бұрын
😍😍😍😗😗😗😗
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️
@hwhw3510
@hwhw3510 2 жыл бұрын
😍😍👌👌
@saroon3703
@saroon3703 2 жыл бұрын
😥😥😥😥😥
@leensaa.shaawaa6006
@leensaa.shaawaa6006 2 жыл бұрын
Kkkk
@akeemaabraham3188
@akeemaabraham3188 2 жыл бұрын
😥😥😥🤦‍♀️
@obsinabiratu9614
@obsinabiratu9614 Жыл бұрын
𝑾𝒐𝒘
@fatumaaqubii6749
@fatumaaqubii6749 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
Hiriyaan dhugaa irkoo walitii
19:54
FIRO JALALA
Рет қаралды 190 М.
CHOCKY MILK.. 🤣 #shorts
00:20
Savage Vlogs
Рет қаралды 27 МЛН
Bony Just Wants To Take A Shower #animation
00:10
GREEN MAX
Рет қаралды 6 МЛН
女孩妒忌小丑女? #小丑#shorts
00:34
好人小丑
Рет қаралды 13 МЛН
New Diraamaa If Tuulummaa Hedduu Nama Ajaa'ibsiisu
17:18
Faya Jiru
Рет қаралды 89 М.
Amerikaan keessaa Hin qabdu-Buzee fi Takkee new 2022
11:24
BUZEX BOHARSA
Рет қаралды 442 М.
Seenaa dhugaa filmii Afaan oromo
1:17:59
oromia news tube
Рет қаралды 199 М.
Utuu.. New Afaan Oromoo short movie 2023 |fiilmii Afaan Oromoo gabaabaa|
11:52
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 49 М.
Qormaata Jaalalaa  NEW! Ethiopian Movie 2017 in Afaan Oromoo
1:18:43
News ET Social
Рет қаралды 168 М.
Filmii Afaan Oromoo Haraa_2022_2015
13:51
Wande Kumalaa
Рет қаралды 62 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Yegna
Рет қаралды 349 М.