ForX Entertainment Media: Qophii Addaa Bahannana irratti xiyyeeffate" TIYYA TUN !" Kutaa 1ffaa

  Рет қаралды 88,500

ForX Entertainment Media

ForX Entertainment Media

7 ай бұрын

ForX Entertainment Media: Qophii Addaa Bahannana irratti xiyyeeffate" TIYYA TUN !" Kutaa 1ffaa

Пікірлер: 300
@fatumaafatumaa6666
@fatumaafatumaa6666 7 ай бұрын
Dhifaama wojiin Yaada kiyyaa kan naaf dubbisa garuu Qalbii naatii hin caabsina 😢 As wr wb Obbollewwaani kiyyaa akkaa gaarii jirtaani jabaadha Hedduu Nuu bohaarsitani obbollewwaani kiyyaa duraa midiyaa kan irraatti isiini Hordoofu hedduu jalaadha kessumaatu *Birraa ilmaa jamaal* heddu hordoofa Ammaas sagaanta kan irraatti daraani isiini hordoofu Garuu Yaani kiyyaa osoo sirbaa Baay'isuu baattani Tariitti Namni sirbaa nyageefachuu hin jaalaane hedduutu isiini hordoofu danda'a kunii Yaada kiyyaa dhifaama Yoo coomenti tiyyaa isiini mufaachifte Affooyna lillaah
@NameMaqa-dn5so
@NameMaqa-dn5so 7 ай бұрын
Yada hunda kenyati
@forxentertainment5224
@forxentertainment5224 7 ай бұрын
Fatuma, galatoomi yaada keetiif. Ulfaadhu. Qaama dhimmi ilaalutti dabarsine.
@rozaahuseinarsii9863
@rozaahuseinarsii9863 6 ай бұрын
Dhugaa ketii ❤❤❤
@iloveyouallah9349
@iloveyouallah9349 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@KkKk-to9df
@KkKk-to9df 7 ай бұрын
Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah itti fuffi qaliiwaan Kenyaa namati tollaa wly ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jamelashako6219
@jamelashako6219 7 ай бұрын
Worabessa fi harree hojii tessan kolfaan dhuman wow bara 2023 enjoy xummuree itti fufaaa😂😂😂😂❤❤❤
@shureymiahmad8196
@shureymiahmad8196 7 ай бұрын
Maashaa Allah hedduu bareeddi tan dhaabbinaa yoomi
@KindesaAbdurezak
@KindesaAbdurezak 7 ай бұрын
Dhugaa hedduu takka isiniin buhaaraa jirra galatoomaa❤
@waradaaoro4090
@waradaaoro4090 7 ай бұрын
Maqaa hare fi warabesaa kanaa nuraa dhisaa kkkkkk mashaa alaa hedu Namati tolatani dhugaa isinin jaladhaa rabif jechaa ❤❤❤❤❤❤❤
@KalifeAbdala
@KalifeAbdala 7 ай бұрын
Wow ijoollee teenya hedduu natti toltan wooow Asoo ngy❤
@Dasiibayyan
@Dasiibayyan 7 ай бұрын
Wly dhugaa bana calan majaa jechuun caqadhaa bosonaa jechuu sadenuu maqan tokumaa ❤
@lagamixee1
@lagamixee1 7 ай бұрын
Chaleengii baayyeee baaayyyeeee baaayyeeee akkaan jaaladhe akkaan hawaasa biratti jaalatamuu qabu❤❤❤❤❤❤❤❤
@warqetube3747
@warqetube3747 7 ай бұрын
Bayyee naamatii tolaa jabeaa❤🎉
@faizaAhamed-ld1he
@faizaAhamed-ld1he 6 ай бұрын
Masha Allah jabaadhaa heedu takka namatti toltan big respect guys ❤❤
@user-zo5ml3np2l
@user-zo5ml3np2l 7 ай бұрын
Wwwwwww dhugaa baay.ee das nama jettu akkanumatti ittii fufaa baay.een isin jaaladha❤
@user-zu6rj4ev9i
@user-zu6rj4ev9i 7 ай бұрын
dhugaa akka iluuf jimmatti boqollo afelmaten mulluu jenna❤❤ heddu namatti tolti dafa dafa kotta😅😅😅😅😅
@user-ci8tj9lg6t
@user-ci8tj9lg6t 7 ай бұрын
Masha Allah heddu Namatti tolla dhugaa rabbii
@lagamixee1
@lagamixee1 7 ай бұрын
Special kan barate very kan sitti miyaawu siitu beekaa excellent waraaboo magaa😂😂😂😂 baayyee takkaan jaaladhe wallaahi haaluma kanaan jabaadhaa itti fufaaa
@user-rp3yi6nh2d
@user-rp3yi6nh2d 7 ай бұрын
Mashallaa ijoler fiqirii bishaa kkk😘😘😘😘
@user-up3vc6sm8c
@user-up3vc6sm8c 7 ай бұрын
Wwww heduu namatii toltuu jabadhaa❤❤❤
@QaQa-pr9yh
@QaQa-pr9yh 6 ай бұрын
Dhugaa heddu isin jaladha ijjolle kana hunda waajjin tura jabadha ❤❤❤🎉🎉🎉
@Wankooshow
@Wankooshow 7 ай бұрын
Dansaadha. Continue more language worldwide jajjabaadhu
@Obsaa1575
@Obsaa1575 7 ай бұрын
Akka ajaibaati nu buhaarsitan dhuga❤❤❤❤
@UmerAbdulmalek
@UmerAbdulmalek 7 ай бұрын
Irraa gaafatamuu teeyisu Qur'aana rabbii hin taane maali darsa kana hunda walitti qabanii deemuun
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 7 ай бұрын
Wow Maasha Allaah waliif isin haa dhiisu jollee qashti akkanaatu bareeda kinoo dhaabbatanii wal mormuu irra gare garetti bahanii wal dorgoomuu😂
@muusaahabiibii
@muusaahabiibii 7 ай бұрын
Sagaleen ASU jijiirame jira maali dikakaatu qabe moo nidardarte ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏👍👍👍👍
@abdeeMaammazzeen
@abdeeMaammazzeen 4 ай бұрын
Ni dulloomte😂😂
@dachasmusxafa
@dachasmusxafa 7 ай бұрын
Jabadhaa dhugaa heduu nutii toltanii ❤
@rahimaarahima5000
@rahimaarahima5000 7 ай бұрын
qophiin keessa heddu namati tola jabadhaa❤
@muusaahabiibii
@muusaahabiibii 7 ай бұрын
Chalenji bareda heddu dass jedh galatoma 💕🙏 asumaan ittifufii 🙏👍
@barinotemili6199
@barinotemili6199 7 ай бұрын
Siribaa Hacee fii Alii biraa😢😢😢😢
@SumyaaZawde
@SumyaaZawde 7 ай бұрын
Namatii toltanii❤
@user-fc4xe5bc2l
@user-fc4xe5bc2l 7 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤wly urii dherdhaa heduu dasa jatanii badhiyeee❤❤❤❤
@SooretiiTube
@SooretiiTube 7 ай бұрын
Jabadha baya taka isini Bonaa nu bashanasisa jirtuu my King Ijolee Harargee❤❤❤❤❤
@khali9808
@khali9808 7 ай бұрын
Ijjoolle oromoo jeama sis tiyyaa there is oromoo before harargee then hararge
@SooretiiTube
@SooretiiTube 7 ай бұрын
Hayee Soriii🙏​@@khali9808
@user-xg8kv1kv1d
@user-xg8kv1kv1d 7 ай бұрын
Kamiraman keesan enyuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@seenaadhugaaentertainment1257
@seenaadhugaaentertainment1257 7 ай бұрын
Jabadhaa 💚 💙
@saliyaatube5472
@saliyaatube5472 7 ай бұрын
Please qophii teessan heddu takka jalanna garuu sirbaa kana nurraa silaa tiqqeessitani bareedaa waan shariyaa teenyaan ykn amantaa keenyaan wal hin dangeessinee akka nuf hojjatan kabajaf jalalan isin gaafanna isin kabajna isin jalanna galatooma ❤❤🎉
@aminatimuhamed3400
@aminatimuhamed3400 7 ай бұрын
walahi baye nama kofalichisitani❤❤❤ jabadhaa
@umarbashiir8655
@umarbashiir8655 7 ай бұрын
Wow qophiin keessaan baayee namatti tola jabaadhaa❤❤❤
@nasradinok1057
@nasradinok1057 7 ай бұрын
Bayee namatii tolatana ❤❤❤❤❤❤❤🎉
@user-lx1ps4rb6e
@user-lx1ps4rb6e 7 ай бұрын
Wwww dasii jetani❤❤❤
@user-sk4ll3qj5c
@user-sk4ll3qj5c 7 ай бұрын
Nuraa turtaani baar❤❤
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 7 ай бұрын
Awo ijoollee adda 😂😂😂😂
@Emubinnti-cp9vr
@Emubinnti-cp9vr 7 ай бұрын
Bayye das nama jaten❤❤❤
@lenchohayder2858
@lenchohayder2858 7 ай бұрын
Maashaa Allah ❤ hedduu nu bashannaansiisa jiratani jaabadha!
@ayantoaaa7984
@ayantoaaa7984 7 ай бұрын
Bayye namatti tolttu dhugaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@KalidAliyyi
@KalidAliyyi 7 ай бұрын
isinii bashannanaa jira itti fufaa❤❤❤
@BilaalMusxafa
@BilaalMusxafa 7 ай бұрын
Akanumatii itii fufa isin bira jira haye ifi boda hin debina ituma nuf fufa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-mz2ir9dy1e
@user-mz2ir9dy1e 7 ай бұрын
Jabaadhaa jole teenya akka Ajaaibaati namati toltan walaay❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@sartuuabdii8078
@sartuuabdii8078 7 ай бұрын
Mashaa Allah Baye namatii toltan jabadhaa❤❤❤❤
@Mammad_badrii
@Mammad_badrii 7 ай бұрын
Ashita boqqollo birrayye callayye nadhaqqabi Papua Iraq senior Ay laviyu
@maccaa5726
@maccaa5726 7 ай бұрын
Energy kessan bayye namatti tola nuf jabadha qaqaliwan kenya
@Eebisa
@Eebisa 7 ай бұрын
Jabaadhaa akkanumatti ittifufaa akkanumatti yero yeroon waan babbareedduu gannuudhiisaa galatoomaa
@naoojimmitiijimmaa5909
@naoojimmitiijimmaa5909 7 ай бұрын
Akka jimmatti Danfisaa🥰🥰 afaan adadaboo😂
@user-vq6oi2fk7w
@user-vq6oi2fk7w 2 ай бұрын
Namati tolaa dhugaa uuufff qalbi naa baleesse garuu❤❤❤❤❤
@alimaadam1368
@alimaadam1368 7 ай бұрын
Ijjoollee tennaatti ajaa'ibaatti bareedan❤❤❤
@user-jd5ky1rb7v
@user-jd5ky1rb7v 7 ай бұрын
Jabadhaa Qopiin kessaan Bayyee natii tolaa ❤❤😊
@NamooDaandii35
@NamooDaandii35 7 ай бұрын
Jabadhaa Dhalootaa Jalalaaa qofaa
@Ritaamin12608
@Ritaamin12608 7 ай бұрын
Yes mulluu jedhaama Akka nanno jimmati boqqoloon afeelame ❤❤
@Dursa692
@Dursa692 7 ай бұрын
Wlh challenge best dha Oromo kessa ishishe jabadha wlh wow 🎉❤❤
@Jamiila275
@Jamiila275 7 ай бұрын
Ijollee qaqaliwwaanii❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
@user-bf1xt5nn1c
@user-bf1xt5nn1c 7 ай бұрын
Halaan bareedadha very god Very nice
@tsaAwol-qk6ic
@tsaAwol-qk6ic 7 ай бұрын
Ibsii shonkoora waan bira keessa galeera😂😂😂😂
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 7 ай бұрын
Majaa jechuun iddoo waraabeessi itti wal gahu ykn bakka itti isaan itti udaanan jechuudha😂😂gara keenyatti
@BILISUMAISLAAMAA
@BILISUMAISLAAMAA 7 ай бұрын
Akamale ittin bohare jabadhaa
@user-fv5jp5sc5s
@user-fv5jp5sc5s 7 ай бұрын
Badho hedu taken sii jaladha habibi ❤❤❤❤❤❤❤
@iFAA_Tube8
@iFAA_Tube8 7 ай бұрын
Ummata jaalala❤❤isin jaalanna
@freeshow3920
@freeshow3920 7 ай бұрын
Good job wollaahi na boonsaattu...Editarri immoo waaw
@Rashaad_Tube
@Rashaad_Tube 7 ай бұрын
❤Galatoomaa jabaadhaa
@zabiba1116
@zabiba1116 7 ай бұрын
Galgali haree kan warabesadha jedhaan Siluma😂
@user-ry1vs6wu8g
@user-ry1vs6wu8g 7 ай бұрын
Dhumaaraa gara na dhukubee 😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
@hdhd2052
@hdhd2052 7 ай бұрын
Jabadha🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@uzeefaoromo
@uzeefaoromo 7 ай бұрын
Jabaadha wly eduu nama buarsituu😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@birishaamanyaa
@birishaamanyaa 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@AnsaarNuree-ov9pv
@AnsaarNuree-ov9pv 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa qashxii ko qalii love ❤️
@halemahaje4212
@halemahaje4212 7 ай бұрын
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa
@user-kf8hz2nx6n
@user-kf8hz2nx6n 7 ай бұрын
@zahriaahmed1651
@zahriaahmed1651 7 ай бұрын
Galaatoma na boharsitanii❤❤😂😂
@mawardii835
@mawardii835 6 ай бұрын
Nama buharasita dhuga jabadhaa ❤❤❤
@user-hy4mb9no9u
@user-hy4mb9no9u 7 ай бұрын
❤❤❤
@sabotuuarsiiitayaa2801
@sabotuuarsiiitayaa2801 7 ай бұрын
Wwwoooo namatiii tolotanii why 😂❤❤
@user-pe3ne6vr1r
@user-pe3ne6vr1r 7 ай бұрын
Wow nice
@AbseeFadis-vd8lq
@AbseeFadis-vd8lq 7 ай бұрын
Baayyee nama tola wallaayi sagantaan itti yaadamee waan nama kofalchiisuu yoo akkatti dhiheessittan namoota hedduu itti bohaara akkuma amma maqaa nama kofalchiisuu kana moggaaftanitti
@forxentertainment5224
@forxentertainment5224 7 ай бұрын
Galatoomi Absee Yaada keetiif.
@Fami032
@Fami032 7 ай бұрын
Gare harree fi Gare warabesa 🤣
@uzeefaoromo
@uzeefaoromo 7 ай бұрын
Kolafani dhumnee😂😂😂😂😂
@user-tc3ei6hp6g
@user-tc3ei6hp6g 7 ай бұрын
Jabadhaa nii baredaanii
@user-oq4dk6hw9
@user-oq4dk6hw9 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bahargobbeofficially430
@bahargobbeofficially430 7 ай бұрын
Maja Jechuun Bakka Xiiraha Bakka Shurufkoytu Ajjanis Sanumaa
@yshaarsiism7254
@yshaarsiism7254 7 ай бұрын
Wwww mashaallah kolfaan nuu fiixan 😁😁😁😁😁👆
@nasradiinofficial
@nasradiinofficial 7 ай бұрын
Woow woow jolee qashxii welcome ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@galaxya7183
@galaxya7183 7 ай бұрын
Kkkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂
@user-vx5ok3vz8k
@user-vx5ok3vz8k 7 ай бұрын
Ww jajabadhaa ijole tenyaa qaqashxii
@kooabdinjiramegersa1131
@kooabdinjiramegersa1131 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@firomsaahmadu2945
@firomsaahmadu2945 7 ай бұрын
Wow ❤❤❤
@fhrtf8352
@fhrtf8352 7 ай бұрын
Dhugadhaa dafisaa yokii mullu jedhamaa boqolonii dafifamee
@Biqila553
@Biqila553 7 ай бұрын
Very good 👍👏
@user-ss5vy1ec1f
@user-ss5vy1ec1f 7 ай бұрын
Maashaallaah🎉🎉🎉🎉🎉
@fayoomahamada-gl7zz
@fayoomahamada-gl7zz 7 ай бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Jabadha ijollee oromo qaaqalii
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@user-qc9qe6ee1q
@user-qc9qe6ee1q 7 ай бұрын
Mashallaa isiraa
@NejatAsli
@NejatAsli 7 ай бұрын
Very very good
@forxentertainment5224
@forxentertainment5224 7 ай бұрын
Thanks
@user-yf9wy8wn8e
@user-yf9wy8wn8e 7 ай бұрын
❤❤❤❤
@IlilliiMummee
@IlilliiMummee 7 ай бұрын
Kkkkkkkkkk😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qd4yy6jq5d
@user-qd4yy6jq5d 7 ай бұрын
good job ❤
ForX Entertainment Media: QOPHII BASHANNANAA " HAADHA FI NIITII"
29:07
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 31 М.
39kgのガリガリが踊る絵文字ダンス/39kg boney emoji dance#dance #ダンス #にんげんっていいな
00:16
💀Skeleton Ninja🥷【にんげんっていいなチャンネル】
Рет қаралды 8 МЛН
마시멜로우로 체감되는 요즘 물가
00:20
진영민yeongmin
Рет қаралды 33 МЛН
EYAY VLOG is live!
8:39
EYAY VLOG
Рет қаралды 3
ForX Entertainment Media: Bashannana " Kophee Miila Miilaa"
37:35
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 69 М.
ሸማግሌ ተላከ ሰላም ተሞሸረች❤
28:29
Helu Tube
Рет қаралды 45 М.
Hir-koo Kutaa 11ffaa
32:53
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 395 М.
ForX Entertainment Media: QOPHII ADDAA" Akka Buutittin Si cafaqa"
30:15
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 147 М.
ForX Entertainment Media: QOPHII ADDAA: " Jaalallee duraanii na feesise..."
44:33
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 56 М.
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 447 М.
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 26 МЛН
Утонуть НЕВОЗМОЖНО 😱 #Shorts
0:19
ФАКТОГРАФ
Рет қаралды 3,4 МЛН
La emociones de Bluey #歌ってみた #bluey #burrikiki
0:13
Bluey y BurriKiKi
Рет қаралды 25 МЛН
我说我不是故意的,你们信吗
0:25
侠客红尘
Рет қаралды 25 МЛН