Full Ethiopia Movie Afaan Oromoo Doktar 2019

  Рет қаралды 259,448

Direwood

Direwood

4 жыл бұрын

Please Subscribe
Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #Like Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Пікірлер: 213
@raharaha7993
@raharaha7993 4 жыл бұрын
Wooooooooooow baayyee gaariidha nama bohaarsa barumsa guddaas qaba galatoomaa
@saarinabintumuhamad4220
@saarinabintumuhamad4220 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkk wayyoo garaa ko sharmarkee jabaadha itti fufaa isin jalanna jollee teenya😍😍😍❤❤❤❤❤
@sadamabdulatif871
@sadamabdulatif871 4 жыл бұрын
🌲🌾🌷🌿⚘☘🌱🍀💓❤💘🍍🌳🌴🌵✅💯💙💚💛💜💔
@arabyb3254
@arabyb3254 4 жыл бұрын
Ani oromo ta'u kooti bayise gammada ormtota ko bayye isin jaladha💞💞💞🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞💞💞💞💞💞
@ObsaTechno
@ObsaTechno 4 жыл бұрын
Diram keessan guutuu isaa ammaan daawwadhee xumure garuu Dirama keessan Keessatti dogonggoraatu jira. Dogonggora 1ffaa. Bakka yeroo leeylaan bilbilaan haasoowtu sanitti bilbilli isiin ittiin haasawaa turtte ifaa ture bilbila yeroo namaaf bilbilan screen isaa ni dhaama screen isaa balck tahuu qaba. 2ffaa iskander bakka sharmaken iskandar liqii gaafatetti eega sharmaakeen mana iskender dhufee bulee deeme booda liqii sa'aa 9 kootu siin ja'e ja'een silaa kan tahuu qabu osoo sharmaakeen mana isaa hin dhufini. Dogonggora keessan fi haqina jiru sirreessaa jabaadhaa !
@arabyb3254
@arabyb3254 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk gorsite wora beeke hin hojane kani
@hshhsg28
@hshhsg28 3 жыл бұрын
Kkkkk
@sutumeeoromokushiifatiyaa7166
@sutumeeoromokushiifatiyaa7166 4 жыл бұрын
Natuu duraa lalee mee like Naaf tuqaa😁😁🥰
@justforlaughing3244
@justforlaughing3244 4 жыл бұрын
Fatiyaa ziyaad Fatiyaa 👌
@savazain8344
@savazain8344 4 жыл бұрын
Kunoo like siif xuqe
@abdulbaharsham8604
@abdulbaharsham8604 3 жыл бұрын
Dhugaa
@mohammedferehan962
@mohammedferehan962 4 жыл бұрын
Jabaadha hedduu isin jaalanna warri direwood. Garuu hoggu baatu sagalee qilleensa qabdi sagalee akka qulqinna qabdu nuuf fooyyeessaa. Galtm
@dr.shamshaadinyayhya2589
@dr.shamshaadinyayhya2589 4 жыл бұрын
ok
@dr.shamshaadinyayhya2589
@dr.shamshaadinyayhya2589 4 жыл бұрын
jabadhaa
@oromiyaaharmeetoo8331
@oromiyaaharmeetoo8331 4 жыл бұрын
Dire Wood Jabaadha Saboontootaa Oromo Hojiin Keessan Namati Tolaa Itti Fufaa
@sirajsirshsiraajitayyaa3199
@sirajsirshsiraajitayyaa3199 4 жыл бұрын
As wr wb Gandaa kolifaa jiritani heeddun isiin jalanaa
@babailiyaas169
@babailiyaas169 4 жыл бұрын
Baayyee namatti tola jabaadhaa........
@Fatimah-kj7we
@Fatimah-kj7we 4 жыл бұрын
Heddu namatti tola jabaadha hirmaattota dirre wood❤❤
@Gumabasboy
@Gumabasboy 4 жыл бұрын
🥰🥰Waaw masha allah diraama ajaa.ibaa hojjachaa jirtan fulduraaf garuu sadarkaalee giddatanitti tarkan fachu qabdan . Nutillen abdij qabnaa jajjabaadhaa.♥️🤗🤗🤗♥️♥️♥️🌹♥️♥️♥️🤗🤗🌹🌹🌹🤣😀😆
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 3 жыл бұрын
waaaw namati tola iti fufa ijole kota mati naf taya nashida kiyas sher like gochun na qarqara ilman oromo qaqaliwan to
@danisavosa3851
@danisavosa3851 3 жыл бұрын
Galatoma gudhum nugamachiftani listening from northern Iraq
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 4 жыл бұрын
Whwww jabadha baye.ee tolaa garuu kaa duratti
@abditube9987
@abditube9987 4 жыл бұрын
Dhugaa baayee namatti tola jabaadha
@ariaspence267
@ariaspence267 2 жыл бұрын
Maash holy 'la I ate kolo thanks
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Liked godhaaa harkiii isinirraaa hin cittuuuu
@waaqohamzatube7728
@waaqohamzatube7728 4 жыл бұрын
baayyee namattii tola jabaadha akkanumatti itti nuu fufa
@badhooman5197
@badhooman5197 4 жыл бұрын
Woww jabaadha ijollee tenyaa qaalii💕
@abdiibobasaa
@abdiibobasaa 3 жыл бұрын
Ykn mustariya ykn jartii Abdala sharaf dontii 🤭😂
@khalifamohamed4722
@khalifamohamed4722 2 жыл бұрын
big shoot bro from MOYALE but currently watching and enjoying this film from €ITALY#ONE LOVE and move on.
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Oromoo like godhaa ijolee bashaashaa tana biraa dhaabadhaa
@faizaabaaleerobee1359
@faizaabaaleerobee1359 4 жыл бұрын
Direwood bayyee Nama tolaa 👍
@sutumeeoromokushiifatiyaa7166
@sutumeeoromokushiifatiyaa7166 4 жыл бұрын
Artii Oromo gudifachuu qabnaa like sher ❤💚💚❤😁
@justforlaughing3244
@justforlaughing3244 4 жыл бұрын
Fatiyaa ziyaad Fatiyaa kzfaq.info/get/bejne/m8iZmLN3z5_ddmg.html
@xaayusanyihaacluuhundesaa9423
@xaayusanyihaacluuhundesaa9423 4 жыл бұрын
wowwwooowwww baay.e namati tolaa oromoo nuuf jiradhaaa💋💋💋💋💋
@ariaspence267
@ariaspence267 2 жыл бұрын
Qabnaa I did Museum rock in New York
@aminashuni9612
@aminashuni9612 4 жыл бұрын
Masha allah bayee bareda
@xayyuarsitti6354
@xayyuarsitti6354 4 жыл бұрын
Wwwwwheddu nu bowarsitan garu ufata ira bafachun garri mitti obsa!!!!
@salimalomairi1949
@salimalomairi1949 4 жыл бұрын
Mashaa allhaa baye bareda 👍👍👍👍👍👍
@samirajamalsamirajama4024
@samirajamalsamirajama4024 4 жыл бұрын
Jabadha hedduu namati tolaa
@saboonajimma7957
@saboonajimma7957 4 жыл бұрын
Arti kenya oromo ñjabadha namati toltuu
@ababababou879
@ababababou879 4 жыл бұрын
Itti fufaa 💖💖💖💖💖💪💪💪👍👍
@abdulbaharsham8604
@abdulbaharsham8604 3 жыл бұрын
Sham arkee 😆😆😆😆😆😄😄😂😂😄😄😄😆😆 dalagaa jatte gaa maal waa goonaa shamarke is one of the most hilarious person in the world
@jamilakiyarabdiisa4209
@jamilakiyarabdiisa4209 4 жыл бұрын
Waayii mashaalaa baayee namatii tolaa
@madinamm503
@madinamm503 4 жыл бұрын
Garuu natuu kafla mo.o isi👍👍
@hadhaaoromoo3670
@hadhaaoromoo3670 4 жыл бұрын
Diree wood heduu isiin jalanaa jabadhaa sanyii koo💜💜
@billadiinmohammed7942
@billadiinmohammed7942 4 жыл бұрын
Isiin fanaa jira nuttiis
@gammachismustafa9981
@gammachismustafa9981 4 жыл бұрын
Galatoomaa jabadha itti fufaa isin fana jira
@samiraaarsirobeesamiraaars1488
@samiraaarsirobeesamiraaars1488 4 жыл бұрын
Kkk
@meccomm1179
@meccomm1179 4 жыл бұрын
jabadhaa itti fufa
@umerabdi5196
@umerabdi5196 Жыл бұрын
Wow I am very happy
@hdoromotube7163
@hdoromotube7163 4 жыл бұрын
Jabadhaa oromoo tenyaa
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Jajjabadhaaa akkanumaatii itti fuffaaa
@shaggertube4667
@shaggertube4667 2 жыл бұрын
amma immoo ispoortiin dhufte yaaboo danqaramaan dubbii laaqee jiraa dhiisi
@adammohammad4407
@adammohammad4407 2 жыл бұрын
Bayyee bareedan dhugaa nuuf jiradhaa 🥰🥰
@najatekalifa8732
@najatekalifa8732 4 жыл бұрын
Baga nagaan dhufter
@bishrimohammed8833
@bishrimohammed8833 4 жыл бұрын
jabaadhaa
@ayeshaoromoo7670
@ayeshaoromoo7670 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk bayee nati toltu dhuga jabadha
@ibrahemabdi1402
@ibrahemabdi1402 4 жыл бұрын
Jabadhaa itifufaa
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Way doktor hojjii keee
@billadiinmohammed7942
@billadiinmohammed7942 4 жыл бұрын
Dire wood heddu isiin jalanaa .
@arabyb3254
@arabyb3254 4 жыл бұрын
Hayi hoji shamarkke
@biyyaormaa5345
@biyyaormaa5345 4 жыл бұрын
mana Rifeensaa Oromoo Hin Jiru Moo
@dinoabdurahmanahmad7043
@dinoabdurahmanahmad7043 4 жыл бұрын
Heddu. Nuu. Buharsiitan. Dire. Wood
@hayiluabbaahaqa4679
@hayiluabbaahaqa4679 2 жыл бұрын
Jabadha
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Bagaaa dhuftaaaan
@baharabdi3332
@baharabdi3332 4 жыл бұрын
Saa kiyya ati yom dhista sa wan nama ke godhu adero kiyya
@sadaomer6065
@sadaomer6065 4 жыл бұрын
Woooooow sharu
@orginalman9365
@orginalman9365 4 жыл бұрын
Jabaadha
@mariamj1374
@mariamj1374 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkk jabadha
@oromofrestqerroooromofrest2326
@oromofrestqerroooromofrest2326 4 жыл бұрын
Wwwooww bayyee nama borsaa jabadhaa
@oromofrestqerroooromofrest2326
@oromofrestqerroooromofrest2326 4 жыл бұрын
❤❤❤❤
@Fatima-bx8gn
@Fatima-bx8gn 4 жыл бұрын
Maashaallaaha👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤
@amiintuube7192
@amiintuube7192 4 жыл бұрын
Mashahallaa
@suziemalla2520
@suziemalla2520 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk jabadha qommowan ko heeduu isin jaladha
@samiirabaaleeroobe5512
@samiirabaaleeroobe5512 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk jabaadhaa 👍❤
@mustariyaabdii1303
@mustariyaabdii1303 4 жыл бұрын
Sharmake.good
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Ijoolee bashaashaaa tana comment biraa dhaabadhaaaa
@rahimarahima1991
@rahimarahima1991 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk bayee bareeda ergaa gudaa qaba mashalladha haluma dhirii ama kessaa jiruu kuni sobduu jabadhaa
@feysal445
@feysal445 4 жыл бұрын
Jabadha.
@muradbedaso5867
@muradbedaso5867 4 жыл бұрын
hedduu bareedaa haaluma kanaan itti jabaadhaa💜💚
@mayaentertainment186
@mayaentertainment186 4 жыл бұрын
gizee Anaa arkee osoo hin tahiin yeroon sii arkee jedhii siireessii samiraa Akkassumma kamera ilaaluu osoo dhiftee garriidha
@6ix9kingofamerica48
@6ix9kingofamerica48 4 жыл бұрын
Dire Wood ❤
@sameeramohammed3190
@sameeramohammed3190 4 жыл бұрын
Galatoomii oromookoo
@alquaalqua-cl7ho
@alquaalqua-cl7ho 4 жыл бұрын
Bayye baredaa hhhh garu filmiin harar yeroo heddu wanuma qarshi qofa malif Qarshi diaspora
@sutumeeoromokushiifatiyaa7166
@sutumeeoromokushiifatiyaa7166 4 жыл бұрын
Wwww ormoo koo ❤💚❤
@husseencarcar1170
@husseencarcar1170 4 жыл бұрын
Fatiyaa ziyaad Fatiyaa kkkkkkkkkkkk
@saidtube6641
@saidtube6641 4 жыл бұрын
Dokotorr😋👌
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Malaqniii herregaa jirtuuu meeeqaa doktor
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Warraaa direwood kanaa biraa naaa dhabadhaaaa like comment fi sharen jajjabbeesaaa
@tayibatyoutube3166
@tayibatyoutube3166 4 жыл бұрын
Heeduu namati tola jabbadhaa
@khuramali4948
@khuramali4948 3 жыл бұрын
Kkkkk jabadhaa lamii koo
@justforlaughing3244
@justforlaughing3244 4 жыл бұрын
Cool
@lt6325
@lt6325 4 жыл бұрын
Way ijoolee qacaleee
@rudwaanahmed4495
@rudwaanahmed4495 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkk hhhhhh jabadha itii fufaa
@baayeenamattitoladudy3224
@baayeenamattitoladudy3224 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkookokkkkkk 😍😍😍😍
@shaggertube4667
@shaggertube4667 2 жыл бұрын
ariuu ni beeyta jaiin yaa sharmarkee duuba sombaan ariite gurbaa ,meeshaa mana rifeensaatu dubai dhufehoo aboo natti tolte
@fifiijimma8237
@fifiijimma8237 4 жыл бұрын
Hhhhhhhhhhhh mallaqa laka.uti jirtta
@jamilakiyarabdiisa4209
@jamilakiyarabdiisa4209 4 жыл бұрын
haayii hojii kee shaaramkii kolfan du'e
@adammohammad4407
@adammohammad4407 2 жыл бұрын
Hojiin kessaan bayyee nama dhibaa
@rahmamohammed8551
@rahmamohammed8551 2 жыл бұрын
Lammii too jabaadhaa 😂😂😂😂
@KanziiAmiin-ne7bf
@KanziiAmiin-ne7bf Жыл бұрын
Gorsaa baredaa dhaa wallahii 😢😢😢😢😢😢😢
@ziraakadirtube1071
@ziraakadirtube1071 3 жыл бұрын
Samiraa dokotori demee sani dhiqii yoo qaradhi dhabadee kkkkk
@xayyuarsitti6354
@xayyuarsitti6354 4 жыл бұрын
Wwwww hedda nu bowarsitan garu ufata ira bafachun garri mitti obsa!!!!
@ajbbbadriyaabaalee8679
@ajbbbadriyaabaalee8679 3 жыл бұрын
😃😃😃😃😃😍😍😍😍😍
@oromiyaatube914
@oromiyaatube914 4 жыл бұрын
Wwwww heddu baredda
@namninamantola2298
@namninamantola2298 2 жыл бұрын
Ok
@aminamohammedwake726
@aminamohammedwake726 4 жыл бұрын
Waraa diree Bayee namati toltuu
@samiraaarsirobeesamiraaars1488
@samiraaarsirobeesamiraaars1488 4 жыл бұрын
Kk
@kadirkuli2614
@kadirkuli2614 4 жыл бұрын
Waree Salphina Kkkkkkkkkkkkkk Garuu barumsaa guddaa qaba !
@romaswet5350
@romaswet5350 4 жыл бұрын
Hedduu namamti toltanani garuu sharmake herrga nyaata sani osso samiira irraa cuftee nati tola yaa Dr/sharimake
@fayyaanfaaya7761
@fayyaanfaaya7761 4 жыл бұрын
Galatoomaa
@namninamantola2298
@namninamantola2298 2 жыл бұрын
Yeroon Rafuu Maal akkan
@queengirl3819
@queengirl3819 4 жыл бұрын
maashaaallaah maashaaallaah maashaaallaah wowow kkkkkkkkk
@siisiyaankootube5680
@siisiyaankootube5680 3 жыл бұрын
Afuuftuuu qofti 😛😛😛😉😉
@ummufaarihaummufaariha9267
@ummufaarihaummufaariha9267 4 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍
@adnanadem4482
@adnanadem4482 4 жыл бұрын
oromiyaa keessaa iddoon artistoonni garaa isaanii qofaaf itti hojjachaa jiran dirreee dhawaaa qofa.......sharmaarkeefaatuu qoonqoo qofaaf hojjachaa jira..
@oromookuushii9819
@oromookuushii9819 3 жыл бұрын
baredaadhaa galatomii
@ibsituamin4193
@ibsituamin4193 4 жыл бұрын
Hhhyyy kuni ka qaraa lallemi ka biraa nu bassa malee
@namninamantola2298
@namninamantola2298 2 жыл бұрын
😍😍😍
@oboyvlogger5035
@oboyvlogger5035 4 жыл бұрын
Kana turreemi eega laalle
Way Koflaan Dhumne || Komadii Afaan Oromoo ||Mammad Sanii
24:44
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 80 МЛН
One moment can change your life ✨🔄
00:32
A4
Рет қаралды 34 МЛН
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,6 МЛН
Playing hide and seek with my dog 🐶
00:25
Zach King
Рет қаралды 32 МЛН
مناظرة القرن بين الإسلام والمسيحية
3:38:31
Fetih 1453 - Sultan Muhammad Al Fatih Subtitle Indonesia
2:36:00
Let's Talk in English- Full DVD
3:54:13
HocTiengAnh
Рет қаралды 3,2 МЛН
ፖለቲካ አይደለም Ethiopian Movie - 2018 ሙሉፊልም
1:48:08
ForX : Kaayroo Seente...!
55:49
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 42 М.
Diyaspoora
28:22
NUUN Studio
Рет қаралды 226 М.
Full Ethiopia Movie Afaan Oromoo Diaspora 2019
1:23:30
Direwood
Рет қаралды 758 М.
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 80 МЛН