No video

Furmaata Dhukkubbii dugdaa

  Рет қаралды 29,319

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Жыл бұрын

Lower back pain
#back
#tadelegemechu
#ethiopianmusic
#oromomusic2023

Пікірлер: 168
@beshaduteshome4099
@beshaduteshome4099 Ай бұрын
Gaalatomii Dr nf bayyee guudaa galatomiii waan baayyeen irraa baaradhee gudaa naaf galatomii.dr nf koo
@user-mq2ib6sy3j
@user-mq2ib6sy3j 3 ай бұрын
Wayyoo kan akka anna dugdaa dhukkubstuu waan jiruu nati fakkatuu😭😭😭😭😭😭
@waqayootisekotiamen6896
@waqayootisekotiamen6896 2 ай бұрын
Anu akasumaa ayii rakadhee 😢😢😢😢😢
@user-mq2ib6sy3j
@user-mq2ib6sy3j 2 ай бұрын
@@waqayootisekotiamen6896 azooshi 😘😘😘
@user-uh2lf9hr4b
@user-uh2lf9hr4b Ай бұрын
Si qofaa mitii
@almazaragaa3414
@almazaragaa3414 Жыл бұрын
Nuuf jiradhuu waqayyoon bekusaa kaan caa siif yaa dabaluu ❤❤❤
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
Maloo garaa nati hin jabattin matii naf ta'i❤️❤️
@nailiabdalanailiabdala
@nailiabdalanailiabdala Ай бұрын
Galatoomii Dr Fkn Anu akkasitti hedduu na dhukkuba jira
@chaltubirasa5172
@chaltubirasa5172 Жыл бұрын
Dr waan isiin gaafadha maaloo hordooftoota baayee waan qabdaniif maaliif Ijiigaayoo fiqaaduuf sagalee hin taneefii Akka birriin guraamuuf mannii Akka bitmuuf yaadee jirtii hoo namnii isiin ni dhagahaa jedhee dhifaama garuu Yoon baleessee
@SamiraBeatifal-qj6dg
@SamiraBeatifal-qj6dg 6 күн бұрын
Sibiran dhufaa dr yeroon galeeti rabbi walin
@user-wf1vq2ch8k
@user-wf1vq2ch8k 2 ай бұрын
Maaliin siargadhu baayyee narakkise dhukkubbiin dugda biyya alaan jira mala naf himi
@JirataTariku
@JirataTariku Ай бұрын
Hi biro akm
@MursalAhmed-lr4xx
@MursalAhmed-lr4xx 2 ай бұрын
ok hy ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@muaazsharaf2599
@muaazsharaf2599 Жыл бұрын
Uuuuff wagga 6 dura akkati rakkacha turee amma alhamudulillah fayyee
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Akkamitti fayyite maloo natti mana yaala deemte moo an bayyee na dhukkuba jira 😢😢😢
@xlarggogo4125
@xlarggogo4125 2 ай бұрын
Akkamit fayyitee maloo😢
@user-uh2lf9hr4b
@user-uh2lf9hr4b Ай бұрын
Than you so much Dr Nf
@user-ux4lk4ee6w
@user-ux4lk4ee6w Ай бұрын
Thanks Dr NF🥰🥰🥰❤️❤️❤️
@naimaadem8542
@naimaadem8542 Жыл бұрын
anii bayye dhukuba dudatin rakacha jira 😢 bayye ulfata
@user-vu3sl5sn3n
@user-vu3sl5sn3n Жыл бұрын
Halo doctor welcome thank you for same time sharing about Live for people👍♥️♥️♥️♥️
@user-cl8do1vu8g
@user-cl8do1vu8g 3 ай бұрын
Maloo dorteero anii immo ba'yee nadhukubaa keersumaa Mo dudako nagubaa Maloo furumataa sadhabee
@HabeebaQatar-gu2yt
@HabeebaQatar-gu2yt 2 ай бұрын
Galtomii Dr ❤
@user-fd2co6kx2w
@user-fd2co6kx2w 4 ай бұрын
LOVE ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😊😊😊😊DR
@oromiahailee4491
@oromiahailee4491 Жыл бұрын
Dhuga galatomii dktr silayyu bayee na dhukubaa jiraa nuf jiradhuu❤❤
@AsegedechAsegedech
@AsegedechAsegedech 3 күн бұрын
Maloo anaa bayyee anaa dhukkuba lfee walii jalaa Darbbee naa jedhan malii godha
@UmmuBilaal-ht7cx
@UmmuBilaal-ht7cx 3 ай бұрын
Galatoomi Dr
@SiraajHuseen-ew4kx
@SiraajHuseen-ew4kx Ай бұрын
Yeroo bayee dugdii nama o',uu maalii
@JiregnaDida-ed1in
@JiregnaDida-ed1in 26 күн бұрын
Guddaa galatooma waaqayyoo kan caalaa isiin haa eebbisu gaaffi tokko qaba Sport sirritt hojjachuu ni barbaachisa Dr
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Жыл бұрын
Guddaa Galatoomi doktora 💖💚💖🙏
@snaapsnaap9694
@snaapsnaap9694 2 ай бұрын
Dhugaa
@Aminati157
@Aminati157 2 ай бұрын
Dr'anii'daqiqaa'5'danida'ehin'dhabadhu'wly.dugdi'koo.halikaan.naguba.kaleni'koo.gartokeeni.nagubaa.waani.madayee.natifakataa.halukaani.rafe.bulu.nagubaa.nadafisisaa.bishaanis.dhugee.nani.nadhisu'didee.dr.maali'gudhu
@user-lb4oe7dz7e
@user-lb4oe7dz7e 2 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰💗❤️
@shawayaabdalraba4469
@shawayaabdalraba4469 20 күн бұрын
❤❤
@GenatLelisa
@GenatLelisa 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@fatmafatma-ub8dn
@fatmafatma-ub8dn Ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰
@kilost-xh8xb
@kilost-xh8xb Жыл бұрын
Dr maloo mother koo yeroo bayyee dhukkuubbii dugadaa fi dhukkuubbii maata yeroo bayyee irraa deebbiidhan himati mee furumaata isaa maalii mana yalaa ilee yeroo bayyee dedeebiiti homa furumaata hin qabdu yeroofi itti fureeti ji'ota egee itti debbii'a Dr pls mee akkamiti si argachu dandeenyaa mee?
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
Maloo garaa nati hin jabattin matii naf ta'i💚💚❤️❤️
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 Жыл бұрын
Thank you brother 🙏❤
@GgTggg-ys3hu
@GgTggg-ys3hu 2 ай бұрын
❤❤❤
@user-tl8wv4og7e
@user-tl8wv4og7e 4 ай бұрын
Galatomii dr
@asteerrabbii-qx3xx
@asteerrabbii-qx3xx Жыл бұрын
Thank you Dr ❤️❤️❤️
@FB_Entertainment
@FB_Entertainment Жыл бұрын
Pls maatii koo ta'i, anis siifan ta'aa!
@user-os5hc3so6g
@user-os5hc3so6g 5 ай бұрын
❤❤❤❤
@TescoMobiles-pd9op
@TescoMobiles-pd9op 4 ай бұрын
Dr yeron jaf dahuu mudi fi jiba nadhukuu garu harakan ofira base waga 15 waga 21 fayadamee jilba fi mudhi nadhukuba garuu harkan dhifana yon manamee dhalti na dhukuba matin kiya fudhii ja,an na ciqan mali godha dawa naf hin Rabi ji,i pls aa😭😭😭😭😭
@user-cx9tl2vm1s
@user-cx9tl2vm1s 8 ай бұрын
Dr dugdaa koo akkaa malee naa gubuu akkaa isiin jetaaniiti rakoon dhukubii kotii bayyee dhabachura kan kahee natii fakkaata Mal gochuun qabaa???
@good-or7tf
@good-or7tf 6 ай бұрын
@tsagilamma1371
@tsagilamma1371 2 ай бұрын
Doktor maloo qonqon bayee naa dhukuba waga afur gute duran yero tokko naa dhisa yero tokko nati ka aa amaa garuu bayee naa dhukuba midhan fi kinini liqimsuu hin danda uu aka madati naa dhukuba doktori mee yada naa keni
@najlanajla2263
@najlanajla2263 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@ramzihaddad1443
@ramzihaddad1443 Жыл бұрын
Guddaa galatomi Dr ❤qorchaa isaa maaxasme biyya hin jireef
@temamsharootube
@temamsharootube 6 ай бұрын
Galatomi dr
@FsjwjHshs
@FsjwjHshs 2 ай бұрын
Basiisa biiilibaa keessaan
@sumeyatube7351
@sumeyatube7351 Жыл бұрын
Doctor Doftooriyyee Doftoroshi galatomi nufi jiradhu ana yeroo hundaa dugdaa naa dhukubaa 😢❤Doctor mama keef baba kee nufi fide❤
@STiyar
@STiyar 7 ай бұрын
Dr galatomi byee nati tolera garuu dhibeen kun yero dheraaf narra turee jira
@SmilingBasketball-ph2cc
@SmilingBasketball-ph2cc 2 ай бұрын
Doktar Beyee galattomii akuuma attiijattesaniitii nadhukkubaa maliisaa mallii?
@Oromumma
@Oromumma 2 ай бұрын
Nu jiradhu doktor
@ZainabHamdan-rp8ln
@ZainabHamdan-rp8ln 2 ай бұрын
Dr dukubi mata yaro huda nama dukumu nufi himi akasumasi qoleni fani
@gurmushow-xj1yd
@gurmushow-xj1yd 11 ай бұрын
gaafiin qaba yeroon fincaanu fincaan na gubaa kanaf maal gochun qabaa ammaf bakkii jireenya kiyyaa suad Arabia dha n jiraadha waan yaala argachudhaf gatii guddaa na gaafataa maal gochun qaba please comment tiyya tana yo garter naaf deebisi
@foziahasen6930
@foziahasen6930 4 ай бұрын
Doctor furmata fuula naama guurachahe naa hiimi
@GenatLelisa
@GenatLelisa 2 ай бұрын
Helloo ya doctor durra nagaan waqayoo sif data'u jecha Ana yeroo lamatadhaf na dhukubbe ture amma garu mana yallaa demeni dawaa kan nakenami dawaa kanan furimata argachu danda'a?
@user-cy3zx8or8x
@user-cy3zx8or8x 4 ай бұрын
Nagaan sif haa bayyaatu dor dugda koo bayyee naa dhukkubaa hamaa milaa koti garuu Calii jedhee panadolii fudhadhaa midhaa qaba naaf debisi
@gurmushow-xj1yd
@gurmushow-xj1yd 11 ай бұрын
please Dr
@JahafarBayyan
@JahafarBayyan 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@areguumakonin481
@areguumakonin481 11 ай бұрын
Hi Dr nagaan sif haa baayatuu akkam oltee.please dhukuba senses irrattaa naaf hojadhuu rakkadhe
@HundeeSeenaaOromoo
@HundeeSeenaaOromoo 4 ай бұрын
galatomii❤
@FsjwjHshs
@FsjwjHshs 2 ай бұрын
Gaalatoma basiisaa
@masii9638
@masii9638 Жыл бұрын
anoo rakkadhee waqaa osoo takka hin dahiin😢
@meseretasefa-7363
@meseretasefa-7363 Жыл бұрын
Thenkyou so much doctor ❤
@FB_Entertainment
@FB_Entertainment Жыл бұрын
Pls maatii koo ta'i, anis siifan ta'aa!
@amenaadam6253
@amenaadam6253 Жыл бұрын
Dr dhugaa dugidii koo bayyee nadhukubaa jiraa mana yallaa yeerroo 2 demee homaa Fayyidaa hin garee😢 rajjiilee ka'aee isporit hojadhuu nani jedhee diketoori milli kootisi nadhukuubaa
@aziizaahmad2940
@aziizaahmad2940 7 ай бұрын
Mee nabrra ke naffi eggi ❤❤❤🎉
@roobeeraa
@roobeeraa 10 ай бұрын
Dr nafyad akkam jirtu dhimma fayyaa tokkorratti gaffii wohii isin gaaffachuu waan barbaadeef akkamittan isin argadha
@roobeeraa
@roobeeraa 10 ай бұрын
Karaa kamiin isin wojji haasahuu danda'a
@muaazsharaf2599
@muaazsharaf2599 Жыл бұрын
Dr anaa gaffii kiyya fincanii bifa yoo jijjiree rakko maal irraa kani ka'ee mee naaf himmii
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
Maloo garaa nati hin jabattin matii naf ta'i❤💚❤️
@zabaidaaldanana1315
@zabaidaaldanana1315 Жыл бұрын
Anii manaa arbaa jiraa uftaa tokosuu iraa natii kayee amaa bayee naa dhukubaa
@aminaaturaa6795
@aminaaturaa6795 Жыл бұрын
Galtomaa sagalee sirfadhas
@waqineshqumbi2530
@waqineshqumbi2530 2 ай бұрын
Rabif jedhi gafiko debisi doktor
@user-bo9qi3cf7q
@user-bo9qi3cf7q 5 ай бұрын
Doktora gaffi qaba plz?
@chaltochalto5200
@chaltochalto5200 Жыл бұрын
Galatomii Dr
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
Matii naf ta'i qaali❤💚❤️
@talilederesa2234
@talilederesa2234 Жыл бұрын
Kankoo dhukkuba dugdaa utuu hintaane waan biraadha akkamittin qorichaasa natti himtaa?
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
Maloo garaa nati hin jabattin matii naf ta'i❤️💚💚💚
@talilederesa2234
@talilederesa2234 Жыл бұрын
Doctor nafyad bilbilakee akkamin argadha
@tesfayemamo5107
@tesfayemamo5107 Жыл бұрын
Dr.Galatoomaa Barnoota gaarii dabarsaa jirtu!
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
Maloo garaa nati hin jabattin matii naf ta'i❤️💚❤️💚💚💚💚💚
@boniioroboniioro
@boniioroboniioro Жыл бұрын
Thank you so much Dr kep up😍
@FB_Entertainment
@FB_Entertainment Жыл бұрын
Pls maatii koo ta'i, anis siifan ta'aa!
@foziahasen6930
@foziahasen6930 4 ай бұрын
Hi
@AhmedinZiyaad-kp9id
@AhmedinZiyaad-kp9id 11 ай бұрын
Thanks you
@Dawittii
@Dawittii Жыл бұрын
Nuuf jiradhaa Dr galatommaa ❤❤❤
@user-ds7ib4ww6w
@user-ds7ib4ww6w 5 ай бұрын
Nuuf jiraadhuu 💗💯 doctor
@HmadZbidy-bs9ke
@HmadZbidy-bs9ke 5 ай бұрын
Galatomi doctor kenya bay'ee na dhukkuba anayuu
@kulsoomkulsoomkkk6449
@kulsoomkulsoomkkk6449 Жыл бұрын
Ani dhukubuu keessa darbee yoon ta'uuf jedhu na hurgufaa hamma taa'utti
@sinantube1
@sinantube1 Жыл бұрын
A'aa biyyabaraba jirta?
@sabontuoromo3996
@sabontuoromo3996 Жыл бұрын
Galatoomi 🙏💖
@adde9938
@adde9938 2 ай бұрын
😢😢😢😢
@user-qs5gn3uu2c
@user-qs5gn3uu2c 11 ай бұрын
Ashama harkaa funee jechaa mee gafii wayee sii gafadha dorfor nafyad dubartii takaa qaminn sallaa ishii yeroo garaa malee guddatuu yknituu. Maliidhaa sababii isaa fknf yeroo suree uffatuu suree keessan akami malee guddatii Kun dhukubaa moo normal dhaa akumma qaminn sallaa ishii gudduu qamaa saalla saniif badhaa jedhumu hin dandama moo dhiphadhaa
@gurmushow-xj1yd
@gurmushow-xj1yd 11 ай бұрын
thank you so much
@user-ww9ko8nc5y
@user-ww9ko8nc5y Жыл бұрын
Thank you doctor ulfaadhu
@user-xc1jz5jb4u
@user-xc1jz5jb4u Жыл бұрын
Doktor galatomi ana na dhukubu dhise na guba ol gad jechudha na dhoge dhuga dugdi😢😢😢maali qorichi hoo
@tigistyeemariyamlijii5746
@tigistyeemariyamlijii5746 Жыл бұрын
❤thanks Dr
@FB_Entertainment
@FB_Entertainment Жыл бұрын
Pls maatii koo ta'i, anis siifan ta'aa!
@asiyakaso4277
@asiyakaso4277 Жыл бұрын
Thanks dr
@zanoshdnanesh6721
@zanoshdnanesh6721 8 ай бұрын
Nafiiyaa❤❤❤
@kefyalewteshome1393
@kefyalewteshome1393 10 ай бұрын
Gallatoma docter
@faxumaali1185
@faxumaali1185 Жыл бұрын
Dr kenyaa umuri nuf dheradhu
@nezifabulkadir5227
@nezifabulkadir5227 3 ай бұрын
Wow
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 11 ай бұрын
Wow nuuf jiradhuuu❤❤❤❤❤❤
@amerahyari3966
@amerahyari3966 8 ай бұрын
❤❤malo lakkoofsaa keessani naafi ergaa asin
@user-tu4bi5bh9w
@user-tu4bi5bh9w Жыл бұрын
Dr baye na dhukuba jira
@leenii694
@leenii694 Жыл бұрын
Guddaa galatoomii Dr❤
@AnesoHamid-rh2io
@AnesoHamid-rh2io Жыл бұрын
Hedduu takkaa naaf galatomii doctor naaf yaad
@obseedinqii2315
@obseedinqii2315 10 ай бұрын
Thank you so much ❤❤❤
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Жыл бұрын
❤❤❤ Galaatomaa Dr
@gachanebajiga3822
@gachanebajiga3822 Жыл бұрын
Dr ilkan jalani naa dhitayee furmani isaa malidha maloo ja a afuri naraa gutte
@kamilakamila926
@kamilakamila926 Жыл бұрын
❤❤❤gaalatomii
@warqiijamaal3434
@warqiijamaal3434 3 ай бұрын
Dhukuba jilibaa nafii imii😢😢😢
@Sitina-dc1bu
@Sitina-dc1bu 11 ай бұрын
Akkam ngh keetii Dr
@JirataTariku
@JirataTariku Ай бұрын
Dktr bilbilaa keessan naf ergamee
@user-iz5qt9zu5l
@user-iz5qt9zu5l 6 ай бұрын
Dr,galtoomaa❤❤❤
@badasatube8953
@badasatube8953 Жыл бұрын
yeroo huudummaa na gubbaa DUGDIIKOO DR MAAL NAAF WAYYAA??
Dhukkubbii dugdaa fi furmaata isaa
13:16
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 35 М.
#073 Nine Exercises for Rheumatoid Arthritis of the Hands
17:07
Dr. Andrea Furlan
Рет қаралды 2 МЛН
Running With Bigger And Bigger Feastables
00:17
MrBeast
Рет қаралды 25 МЛН
CHOCKY MILK.. 🤣 #shorts
00:20
Savage Vlogs
Рет қаралды 27 МЛН
Aafiyaa: Dhukkuba Tiruu, Dr. Muhammad Huseen
38:31
Nuuralhudaa
Рет қаралды 14 М.
Dhibee Toonsilii akkamitti manatti of yaalla?
35:24
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 15 М.
Dhukkuba dugdaaf furmaata isaa(back pain and its treatment)
27:24
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 22 М.
Aafiyaa: Dhukkuba Asmii, Dr. Abdulaziiz Nuuraa
21:07
Nuuralhudaa
Рет қаралды 4,4 М.
Laguun ykn peereediin maaliif yeroosaa eeggatee hin dhufu ?
10:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 22 М.
Aafiyaa: Dhukkuba Garaachaa, Dr.Kiyaar Sh/Hajjii
30:13
Nuuralhudaa
Рет қаралды 16 М.
Dibata fuulaafi gogaa keenyaaf filatamaa tahan. Fuula keenya maaltu balleessa?
10:57
Running With Bigger And Bigger Feastables
00:17
MrBeast
Рет қаралды 25 МЛН