ጀግናው ጅዋሀረ የ 21ዘመን አሰደናቂ ጭንቅላት አለህ ፈጣረ ዕድሜን ያረዝምል ውድ ወንድማች ፈጣረ አበዝቶ ይባረክ We happy with your speeches special diaspora oromos pls acept the fact from our leader let to add fuel in home land b/n brother's
@anuwarkedir12462 жыл бұрын
Achii ta'anii Waa'e Lola Hasa'a ha Oltu warri Achii Jirtu Matan Ho'era Jawwe Ati Wan Sirra Egamu Ittuma Hiimi...!!!!!! Nutii Naga Qofa Barbanna...!!!!!!!!!
@barkalealiye41762 жыл бұрын
Dhuggan jiruu kanumaa
@Verorolegese2 жыл бұрын
Akka Jawar itti kanaa lubbuun namaaf quuqamu dubatu hinjiru oromoo kaleessa nun ajjessinaa jedhetti falmatte oromoo amma kun wal ajjessinetti laafaa bilisoomsina jedha ajjechaa ijoollee teenya irratti godha jirtan nura dhaaba warri motummaan oromoo dha
@caalaahuseen59192 жыл бұрын
Dhaamsi jawwee dhaamsa gaafa du'aatii qabadhaa
@motidafa63422 жыл бұрын
Fillannoon Kan uummata oromooti feenu ni fottoqna feenu itti fufna
@daviiideviii72972 жыл бұрын
namittin kun ofifuu oromo miti haarree ani oromoodha garu warraanni anaf wal loolaa jiru hin jiru haarree diyaaspooraa
@mrjooromo39942 жыл бұрын
Wallaahi billaahi jawwee ati dhugaan goota akka Mr,Mandeellaa fi Gaandiiti sababni isaas nageenya fi quuqam rakkoo sabaa sablammootaa mara akkasumaas walabummaa oromiyaa dabalatee kan biyyatii Itoophiyaa tana maraa bifa wal qixa ta'een nama hawwaa jiru ta'uu keetiif ciminaa guddaan maqaa oromoota maraa bakka bu'ee siif qaba;ati gaggeessaa haqaa falmaa mirga dhala namaa kan hunda hamatee jaalatamaa hayyu duree keenya tarree gaandii fi mandeeellaa fi kkf keessatti si galmeesseetiin jira.
Jawar's perspective is scare tactic when he flagged "Oromo is killing Oromo". The real question is who is the project owner? Who is planning and financing the killings in Oromia? Is Oromo the project owner? Is Jawar honest to himself and the Oromo people?
@badasoroba4270 Жыл бұрын
Bayeessa
@ibrhiimadem8204 Жыл бұрын
Jawe,karaha,jirti,fudha,dhu
@AnnaAnna-dx8ls2 жыл бұрын
jaawekoo
@genamoshufeer1192 жыл бұрын
Warri diyaaspoora kun rakkoo qabdan.
@motidafa63422 жыл бұрын
Kan Wal ficcisiisu eenyu?
@ahmedumar8172 жыл бұрын
Jawar Mohamed is now Lenco Leta of 2020. Shame to him confusing diaspora Oromo. He was the one Oromo liberated ran to FF Addiis leave OMN every thing behind. Jawar must e=be challenged with his failed empire salvage thing. Empire cant be rescued rather disintegrate for NNPs Multinational Freedom like Yugoslavia. KFO or Jawar cant decide for 60 millions Oromo. Self Determination Referendum now. Whose mission he carrying out man. Lair Jawar. Only WBO for Oromia
@bashirshallee90012 жыл бұрын
gurbaan kun ከሁለት ጫፍ ይነሣል 1 mootummaan abiyyuu sirna ofii dandamachiisuuf ergachuu 2 abo cinaatti dhiibee kfo cimsuudha Kanaan ala miti Waraana bilisummaa oromootti dhagaa darbuun kun Waamalee miti isin sabboontotni galatoomaa gurbaan guyyaa isin gowwoomsaa oola halkan gabaasa abiyootiif dhiyeessa!! Mee oromiyaan walaba taate Jawaar akka nama tokkootti Kfo akka paartiitti maal miiti??
@Jimmajimmittii4832 жыл бұрын
Abiy Ahmad is half Oromo, his father need to be investigated, he is totally non Oromo Jawaar always confusing the public
@jalaatootafilmiidhaf57292 жыл бұрын
Guddifacha is adda oromoodha
@warfaageeddi31282 жыл бұрын
It is his stepfather the oromo man who married his mother and said he raised abiyot as his son before he died on intervju.
@gammachuuturaa53192 жыл бұрын
@@jalaatootafilmiidhaf5729 what is "adda"? Did you want to say "aadaa" which means culture? By the way Guddifachaa can not be a leader which means can not be Abbaa Gadaa, eventhough he is accepted to be Oromoo.
@TheWende2 жыл бұрын
Akkas taanaan jawaarillee half yamani dhaa kaa
@gammachuuturaa53192 жыл бұрын
@@TheWende Jawwar harra osoo hintaane bara 2018 Oromo gane. Waa'ee sabummaasaa naalif hinqorannu, akkuma kan Abiyoot qorannee bira geenyeti jechuudha. Jawwar Yemanii ta'e tu'uu baate rakkoon hinjiru. Kan Oromoo qulqulluu ta'ee ummatasaa gane OPDOti makame kan akka Leenccoo Letaa baayyetu jiru. Abbaan Abiyoot Kaasaayee jedhama. Nama Eritriadha.
@saabontuoro363 Жыл бұрын
Dhuggaa keeti saanyii ko
@oromoonekoo24452 жыл бұрын
Any Oromo fights another Oromo representing Ethiopia 🇪🇹 especially the the system can go to hell.
@wellelahirpassa22102 жыл бұрын
Dhugani kammi?
@yasiminshoow23782 жыл бұрын
Dubin jwari je siridha
@tesfuzerga32582 жыл бұрын
The core problem for conflict in Ethiopia is Amhara racist Fano and Amhara elites.
@saabontuoro363 Жыл бұрын
Dhuggaadha keeti gaafa atti dhubaachaa turtee attii ni hinaaftee siin jedhan
Yaada lameenu wal wajji oofuun ni danda'ama Garuun Kkkkkkkk Kkkkkkkk Dubbiin achi miti jawaar kaayyoon isaa kfo cimsuu osoo hin taane wbo dadhabsiisudha!! Akkamitti?? Akki itti dadhabsiisu 1ffaa mirga hiree murteeffannaa oromoon irratti wareega qaalii baase kana kolaasudha 2ffaan oromoolamaantu waldhabe wazn jedhuun qarqaarsa wbo fi godhamu dhaabsisee hufna sirna pp cimsuu Raacha haroon irraa godde kana gara harootti deebiduudha Baqqlaan fayyaa wajji deema malee qajeelfani jawaariif kennamu kiiloo afur irraay Warri kara gandaa fiiguu bartan ani arsii lixaati Wanti wallagga sababattaniif hin jiru dhimmichi dhimma oromummaati dhimma kaayyooti
@rashadedris39042 жыл бұрын
Atti yoo wbo gargate waa jawaar ziip kisii keti sii harkaa cuufa. Wob kan gargaruu ummata oroomotti male jawaari miti. Yoo kan kani jawaar jedhu dhagate wbo gargaruu dhabde sittu xawalwaleedha male isaa miti. Mirgaa nama dhunfaa maa akka kiyyatti yaduu dide jettan hanga dubbi qotaan malif offiti ammanamumaadhan hin qabsoofne.
@oromoonekoo24452 жыл бұрын
No we support OLA with all do respect you are wrong Jawar. I think you like the system, what ever they fed you in jail keep it there. We don’t like your idea I think you are SOLD! Only OLA can free Oromia, You are with Abiy and you just became one .
@fooziiwollegga99322 жыл бұрын
Sin kan dhibbe,waye immiye Ethiopia dha🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👎
@umarmehammed21572 жыл бұрын
Qshashaa baalyeee
@fihimaibrahim69782 жыл бұрын
Kfo
@fihimaibrahim69782 жыл бұрын
@@umarmehammed2157 💞💜💚💔💝💛👍👋
@fihimaibrahim69782 жыл бұрын
Faiimaakfo0k
@fihimaibrahim69782 жыл бұрын
👍👍👍👍👍💔💔💔💔💚💜👋👋👋👋
@traditionaltube8092 жыл бұрын
Malaan walbira Dhaabbannaa Comantii Kana Kan Dubbistu Yotub Kana Sbscrib Godhi .. Trditional tube