Gingilchaa 74ffaa: Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa

  Рет қаралды 176,362

Qaanqee Show

Qaanqee Show

3 жыл бұрын

"Waa'ee saba kootoo akka dubbadhu amantaa kootu na dirqaa" Ustaz Raayyaa Abbaa Maccaa

Пікірлер: 753
@abdukemissie7657
@abdukemissie7657 3 жыл бұрын
Mee goota keenya kana mee nama jalattan kana mee like godhaa qaxallee jenaral keenya
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee
@ngfilmproduction9219
@ngfilmproduction9219 3 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/oLlxrMRzkrutn2w.html SUBSCRIBE NUUF TASIISA!!!!!!!!!!!!
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤💚❤❤❤
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii ta'ime malo
@OROOfficial11
@OROOfficial11 3 жыл бұрын
Subscribe naf godhi
@dharfiathyo6869
@dharfiathyo6869 3 жыл бұрын
Abbaa keeny ustaz abbaa macaa Waqayyoo umuri isani haa dheeressuu 💚🙏
@fandisheemusxafaaadam7227
@fandisheemusxafaaadam7227 3 жыл бұрын
Raayyaan nama ilmaan isaa agabsee ummata isaatiif dirmatu Rabbi umrii isaa nuuf haa dheereessu
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤❤💚❤❤❤
@misraaqasem3734
@misraaqasem3734 3 жыл бұрын
Dhugaaketii
@fandisheemusxafaaadam7227
@fandisheemusxafaaadam7227 3 жыл бұрын
@@tigistishawatube9225 siif taheera
@fandisheemusxafaaadam7227
@fandisheemusxafaaadam7227 3 жыл бұрын
@@tawetube3279 tole siif taheera
@urjiitube8235
@urjiitube8235 3 жыл бұрын
Ustaaz Raayyaan haayyuu amaantattis oromoottis❤💚❤😍😍😍💪💪💪💪💪💪 namni akka kee osoo nuf baayyate silaa essa genyee ustaaz koo lubuu koo fidaake haa tatuu utuu lubuun jiru gurrii koo haamtu kee nani dhageessisni yaa raabii koo
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Haftee nuuf jiraadhu leenca keenya ❤🖤🤍 Ustaaz raayyaan nama amantiin nama qooduu miti❤🕋🙏. Aamiiiiin Aamiiiiin habtee keenya isiniinillee haa gahu tokkummaan oromoo haa dagaagu
@baleerobeechannal6509
@baleerobeechannal6509 3 жыл бұрын
Matii naf tahii oboletti ko
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
@@baleerobeechannal6509 Tole
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Ani osoo lubbu koo kennefi raayya abbaa maca duruman jaalladha dhugaa rabbi onne koorra 💘💘💘💘/ kaffiyalo tufa tis wangela lalaba natti fakkate innis gaaridha
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii ta'ime malo
@nasirmammadnasirmammad9712
@nasirmammadnasirmammad9712 3 жыл бұрын
Galatomi baredu ko ❤️❤️
@hawwiinkoojannata5143
@hawwiinkoojannata5143 3 жыл бұрын
ustaazaa kenyaa mana Kiraa jirata mee wa'ee kana itii yadaa yaa oromoo
@baleerobeechannal6509
@baleerobeechannal6509 3 жыл бұрын
Matii naf tahii oboletti ko
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤💚❤❤❤❤
@Abdallaahmuhaammadofficial
@Abdallaahmuhaammadofficial 3 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/eNpoZrF_y8XcdHU.html
@sifansifan5918
@sifansifan5918 3 жыл бұрын
Dhugaa mo 😭😭😭
@keyrattube9249
@keyrattube9249 3 жыл бұрын
Dhugaa keeti ❤❤ rayyaa ko ☝😭
@firanwoli7672
@firanwoli7672 3 жыл бұрын
Mee wa'ee tokkumma Oromoo qofa itti jabaadha. Itti ha jabanuu nu hundinuu biyyaa keesaa fi biyyaa alaa irra tunni caraa adaatti Oromoodhaaf.
@baleerobeechannal6509
@baleerobeechannal6509 3 жыл бұрын
Matii naf tahii sanyii
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤💚❤❤
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii koo
@abdalaaumee5552
@abdalaaumee5552 3 жыл бұрын
Aftaamu iti mudi
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
@@abdalaaumee5552 matii.nata ii lubuko
@emabet7501
@emabet7501 3 жыл бұрын
Waaqni umuri isaani haa dheeressu gaaru maal godha namni dhuga hasa'u hin jallatamu biyya kenya kessatti
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii ta'ime malo maatii
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 жыл бұрын
Usztazaa kenyaa rabi umri kesani isni ha dheresu ishaallaa 😭😭😭😭
@Zahra-bp2gd
@Zahra-bp2gd 3 жыл бұрын
💔💔💔💔💔💔💔💔💞💞💞💞💞💞
@gterfa9203
@gterfa9203 3 жыл бұрын
Yaa rabbi osoon @Rayyaa ijaan hin argin nan ajjeessin
@hayatahmed9212
@hayatahmed9212 3 жыл бұрын
Dhugaaa dubachuuf rayyaaan khanaa rabbiiin nuf kanee wallahii rabbbiin umriii nuf ha dhereysuu 😍😍❤❤❤
@makiyayoutube6871
@makiyayoutube6871 3 жыл бұрын
Dhugaa keti rabbii umrii nu haa dheressuu🥺🥺💚❤💚❤💚❤💗💓💞💕💌💘💘💔❣💜💚💙💚❤❤💚❤💚💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@zaynaba4355
@zaynaba4355 3 жыл бұрын
Rabin umrii dheraa Hakan ufii ustazii rayaa abaa macaa bekaa namaa hayuu namaa nufii jiradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💚❤️💚❤️💚❤️💚🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀💞💞💞💞💞💔💔💔💔💔💔💔☝️🙏
@user-ql4pb3li6r
@user-ql4pb3li6r 5 ай бұрын
Abbaakenya ustazi rayyaa rabii umuriikekesa barkaa nufhaka'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤ garu wanbarii irratesu egadhu rabbi sihaegu amen❤❤❤❤gadhèn karranama galtu hinbekanii maddaqabna
@ZainathZainath-bb6cw
@ZainathZainath-bb6cw 3 жыл бұрын
ustaaz RAAYYAA the star of people in the world 😘😘💗💗💌💪💪
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii ta'ime malo
@awemohammed8172
@awemohammed8172 3 жыл бұрын
It's true 👍
@muraadjimma7071
@muraadjimma7071 3 жыл бұрын
Muraadjimma
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
@@muraadjimma7071 maatii na,fi taii mee sanyii
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
@@awemohammed8172 maatii na,fi taii mee sanyii
@AbdulApp
@AbdulApp 3 жыл бұрын
Namooni goota keenya kana jaallattan maatii naf taha ❤💚❤
@user-ex9vo8sz2w
@user-ex9vo8sz2w 2 жыл бұрын
Kkkķkkkkkkkkkkkkk
@oromoarsiitayaa6801
@oromoarsiitayaa6801 3 жыл бұрын
Wani ani ustaaza raayyaa jaldhuuf kanafi❤️💚❤️
@madinaayano8863
@madinaayano8863 3 жыл бұрын
Amiiiiiiiiiiini wolumaan bagaa genee galatoomii habtishaa kenaa 🙏🙏❤❤❤❤ ustazaa kenaa nuu jiraadha 🙏🙏☝☝☝☝☝☝❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ayubedao6835
@ayubedao6835 3 жыл бұрын
Wow bayye gaariidha
@umuashiim1447
@umuashiim1447 3 жыл бұрын
Hayii ustazko wallahii dhaggefatame hinqufamu asawansani umri dhera rabbin hakennuf wanbira maljenna jechi tokko hinjiru kan ustaz Rayya ibsu . ABTE KENYA ATIIS GALATOMI .
@amoonruqee6720
@amoonruqee6720 3 жыл бұрын
Galtoomii Habitmuu kenyaa dhugaa ustazaa Rayyaa Abbamacca Nama akkanii jalanuu nu fidduu ketiif
@zahraethiopia4539
@zahraethiopia4539 3 жыл бұрын
Ustaz Rayyaa umrii nuufi dheeradhaa rabbiin guddan ija nafxanyaa irra isin haa tisuu
@azizaatiyaa4736
@azizaatiyaa4736 3 жыл бұрын
Rayaa Abaa macaa Rabin Umirii kessaa nufii. Haa dherassuu 🥰💓💚💓💚♥️
@baleerobeechannal6509
@baleerobeechannal6509 3 жыл бұрын
Sabcrabe naf godhi sanyi
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii
@baleerobeechannal6509
@baleerobeechannal6509 3 жыл бұрын
@@tigistishawatube9225 anii sif tahe atiis
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko ❤❤❤❤💚❤❤❤
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
@@baleerobeechannal6509 ok
@fozaaoromotittube9759
@fozaaoromotittube9759 3 жыл бұрын
Dhugaa keeti heduu nu galatoomi baga hayyuu kenaa nuf fidee ❤❤❤❤💔💔💔💖💖💖💖💔💔❤❤❤👍👍👍👍
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 3 жыл бұрын
rayyaa umurii rabbiiin nuufuu hadheeresuu
@makiyaaaliyyii8169
@makiyaaaliyyii8169 3 жыл бұрын
Habtuyeeeee guda galatomii Ustaaza Raayyaa Abbaamacca umrii isani nuf dhereysiii yaa Allah jiruu baredu fayya garii walin heduuun sijaallaadha Rabiif Jecha ❤️💚❤️🙏
@barentomedianetwork1.5m33
@barentomedianetwork1.5m33 3 жыл бұрын
Jabaadhu nuuf jiraadhu waggaa kuma Qaxalee keenya hamtuu lamu
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii
@gsystemmelba5729
@gsystemmelba5729 3 жыл бұрын
ustaz rayyaan yeroo inni FIB irraati hasa'uu nin boo'e. har'aas irraa deebi'een boo'e. waa'een oromoo kun gafii hedduu nattii uume, kan duraa caalaa jechuu kooti general.
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤❤💚❤❤❤
@asakobiyyakoo3577
@asakobiyyakoo3577 3 жыл бұрын
Amshir
@oro_records
@oro_records 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i sanyii koo
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
@@oro_records mati naata ii.lubuko galatomi yaalamiiko I have
@oro_records
@oro_records 3 жыл бұрын
@@tawetube3279 ok siif ta'a Atiis naaf ta'i
@mammedahmed1491
@mammedahmed1491 3 жыл бұрын
Long life for our ustaz and father Raya
@qamararsii9396
@qamararsii9396 3 жыл бұрын
Habtiish gallatoommii dhugaa rayyaa aniis siih eeggee turee akka fiddee irraa dubaatuu waawww gallatoommii siih jalanaa 💗💗🙏🙏
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii
@qamararsii9396
@qamararsii9396 3 жыл бұрын
Ok
@nafesamohd9073
@nafesamohd9073 3 жыл бұрын
Rabiin umrii kesan nuu haa dheresuu ustaza kenya jalatama fi kabajam ❤❤❤❤❤
@efotube5489
@efotube5489 3 жыл бұрын
Habtish, you rock! We owe you respect for giving recognition to a brilliant father like 'Ustaz Raya Abamecha'. To bless is to be blessed!
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii ta'ime malo
@abdiiebrahim6146
@abdiiebrahim6146 3 жыл бұрын
Ustaaz Raayyan Leenca akka namaati umrii nuuf haa dheeressu
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤💚❤❤❤
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii
@muhiik
@muhiik 3 жыл бұрын
Yaa Masha Allah Naaf Jiraadhu Ustaza Keenya
@marofadli2432
@marofadli2432 3 жыл бұрын
Ustazaa koo qalli nuuf jirradhaa ummrii dheradhaa qallii oromo qaro oromo
@getutefera4022
@getutefera4022 3 жыл бұрын
Habitish baayyee baayyee sii jalana mee malloo Wa.e Mucaa Kefelehu Tufa yeroo ittii keenitti Nu ginigilchii sirritti ummanii habaru tole
@siinqeeboruu433
@siinqeeboruu433 3 жыл бұрын
Nuuf jiraadhu atti yadaa bareedadha
@barentutube1641
@barentutube1641 3 жыл бұрын
Paster kafiyalehu tufa nama jaba fi qaali Oroomon qabduudha. Pls wal jajjabessa
@abdibaleorotube4595
@abdibaleorotube4595 3 жыл бұрын
Raayyaa Jechuun Nama Jabaa Oromoon Qabdu Haasaan isaa akka Dammaatti Mi'aaya dhageeffatamee hin quufamu umrii nuuf dheeradhu
@feruzjima3625
@feruzjima3625 3 жыл бұрын
Yaa rabbii umrii nuu dherressiii ustaz keenyaa
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Abba koo ustaaza Rayaa Abba macaa rabbii jechaa isiin jaldhaa rabbii umrii isiin haa dheeresuu ustaaza koo Lubbun koo fida.a keesan haa tahu
@oromoarsi162
@oromoarsi162 3 жыл бұрын
Dhugaa keeti sanyii ofii❤👌 Galatoomi atis #Ustaazii koo Rabbiin umrii keessan nuuf haa dheeressu Hayyuu koo.ijji hamaan isin ilaalte haa jaamtu Duniyaa fi aakhirattis Rabbiin isin haa milkeessu,milkii ganda lamaanii insha Allah❤❤❤
@sabirenahassen4337
@sabirenahassen4337 3 жыл бұрын
Ustaz kenyaa Rabbiin umrii dheera'a sii haa kenuu ❤️❤️❤️❤️
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii koo
@user-ex9vo8sz2w
@user-ex9vo8sz2w 2 жыл бұрын
Abtaamu kuuli zaaq
@halimaorotube2314
@halimaorotube2314 3 жыл бұрын
Mashaallaa Mashaallaa usaza rayyaa koo rabbiin umari kee sif haa dheeressu Galatomi habafatamu lamu
@zallotube456
@zallotube456 3 жыл бұрын
Raayyaa jechuun Bahara waraabamee hin dhumanne yoo dhugaa dubbanne
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee
@baleerobeechannal6509
@baleerobeechannal6509 3 жыл бұрын
Dhugaa ketii. Nafis matii tahi qalii
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
@@baleerobeechannal6509 matii.nata ii lubuko
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 3 жыл бұрын
Anaa dhufuu lencaa keenyaa ustz keenyaa qaalli raabbii urmii keessaan nufi haa dheresuu
@oromiyaharimee8468
@oromiyaharimee8468 3 жыл бұрын
Nuufi jiradhuu lenca oromon rabnin umiri keessani nuufi haa dheerrssu isin lachu atisii galatomi habbtamu🥰🥰🥰🥰💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘🌳🌳🌳🌳🌳
@eleisee1236
@eleisee1236 3 жыл бұрын
Rabbini Umuri Isiin haadhersuu mashaa aallaa 👍👍👍👍👍🐅🐅🐅🐅🐅👈I LOVE YOU VERY OROMOO ijaa Hamtu Isiin irraa Haa qabu Ustazaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💛💛💛👈
@alemayehubule3882
@alemayehubule3882 3 жыл бұрын
Uztaz rayya baay,een sijaladha amantin gandaan waal qodnuu maloo tokkumaa kenyaa ofif jenee yajabefanu .....umrii ke siif nuuf yadheresu
@milkiichannel6350
@milkiichannel6350 3 жыл бұрын
Ustaaza keenya ammas rabbiin umrii keessan nuuf haa dheeressu fayyaa guutuu wajjiin Waan ittiin si ibsu hin qabu kan akka keetii rabbiin nuuf haa baay'isu
@ahmedoromo1163
@ahmedoromo1163 3 жыл бұрын
Ustaaz Rayyaan Abba macca qaabeenyaa ummata oromotii yaa Raabbii umurii isa nu dheerressii waaggaa 1000 nuf jiraadhuu 💪💪💪Akkaan sabbaaf kootiif dubbaadhuu kan na diirquu Amaanttii kootii
@abdifeyissa2336
@abdifeyissa2336 3 жыл бұрын
Ustaz Rayyaa Abbaa Macca waqqayyoo umrii fi naga guutuu isaaf haa kennu,kana boodas wan baayee tokkuma oromo irratti hojjata
@OROMIAKIYAOkTube
@OROMIAKIYAOkTube 3 жыл бұрын
mee suuraa ustaaz raayaa abbaa maccaa wal dorgoommi qopheessinee jira haa jenun
@ummufarahaantaabaalee1748
@ummufarahaantaabaalee1748 3 жыл бұрын
Ustaaz koo Rabbiin umrii kessaa nu haa Dhereesu ati galatoomii sanyii koo❤❤❤💯💯💯💯
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii
@medinahayato9542
@medinahayato9542 2 жыл бұрын
Mashaalaa Ustaz Rayyaa kenaa nuf jiradhuu
@birhanegurmessa9084
@birhanegurmessa9084 3 жыл бұрын
So proud to have you Raayyaa Abbaa Maccaa!!!!!!!! Umurii nuuf dheeradhu
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Maatii na,fi taii mee sanyii
@waallaaggaabiyyaakoo7796
@waallaaggaabiyyaakoo7796 3 жыл бұрын
Raayyaa nuufi jiradhuuu ❤️❤️❤️ Love you so much 😘😘😘
@zeediisultantaha1073
@zeediisultantaha1073 3 жыл бұрын
Kottaamee ustaaz raayyaadhaa waan tokko goonaafii adaraa oromummaa
@umeeahmed3009
@umeeahmed3009 3 жыл бұрын
Bagaa nagayaan dhufte Habtish Atiis galatomii Ustazaa Raayaa Rabbii umrii isaan nuuf ha dheerreesuu
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf Thai qali
@makiyas2881
@makiyas2881 3 жыл бұрын
Uztzaa ko urjii ruhii qaalii kenaa wolhii innii umtaafi jiratee akumaa hacee udumaa lubbuuni jiruu onnee sabbaa isaa keesati sidaa hin jenee ijartaani mashaa Allah mashaa Allah hayuu kenaa Rabbiin nuufi haa tisuu haccee kichuu ko Rabbiin dhigaa kee nuufi haa basuu
@jabajarso8674
@jabajarso8674 3 жыл бұрын
Qaxale keenya Raayya Abba macca fi Habtaamu lamu umri nuuf dheeradha warri jettan quba baasa me
@radiyee6341
@radiyee6341 2 жыл бұрын
Ustazsii kenyaa Rayyaa nuufi jiradhuu
@raadiyakedir5611
@raadiyakedir5611 3 жыл бұрын
Mee lammaa magarsaa hoo essati dhokate nu gingilchi Habtaamuu qaxalee 😃😙😍
@hajhasan6300
@hajhasan6300 3 жыл бұрын
Ustaaz Raayyaan abbaa amantaa qofa osoo hin taane qabsayaa sabaa jabaa sabboonaa sabaati qaalii namaa
@Warex-Kula
@Warex-Kula 3 жыл бұрын
Yaa Ustaz kena nuu jiraadhi💝💝💝
@lucooapp4206
@lucooapp4206 Жыл бұрын
Good morning wario nuf godhaa ilman oromoo hundii kesanuu subscribe
@ahmedmuhammed7496
@ahmedmuhammed7496 3 жыл бұрын
Rabbiin umrii tessan nuuf haa dheressu aduwwii tessan cile bishaan bute rabbiin haa godhu ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ustaaz Rayyaa Abbaa Macca 💓 💓 💓 💓 💓
@jamilaahmed2623
@jamilaahmed2623 3 жыл бұрын
Ustaaz keenya uuuuuuf yaa allaah atumti atumt umrii gootota keenyaa nuuf dheeressi
@amalhassan2734
@amalhassan2734 3 жыл бұрын
Mashallah Rabbii umarii isaa nuf haa dheresuu
@mariyama3553
@mariyama3553 3 жыл бұрын
Walumanuu bagaa nuu maranu gaheeisiniinufuu jiradhaa oboohabtamuu bayed nama too to laa gingilchaakesaa👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maloo maatii naffii ta'ime
@ydhhdudysygsus201
@ydhhdudysygsus201 3 жыл бұрын
ustaa rayaa abbaa maca rabiin hamatu siraa haa qabuu 💜💜💜💜💜💜💜💔💔💔💔💜💔💜💔💜💔💔💜💔
@diribatesfaye2081
@diribatesfaye2081 3 жыл бұрын
ustaaz rayyaa abba maccaa gota oromootti nama jabaadha inni nama amaantadhan ;godinaan nama qoduu osoo hin tanee oromummaaf bakka latte nama hojetudha kanaf bayee nuf galatoommi jedha
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 3 жыл бұрын
Habtish dhugaa kefelu tufaa beksiisi innis artii oromoti👍👍👍👍💚💚💞💞
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi qali
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 3 жыл бұрын
Amiiin Amiiin walumanu bagaa genyee gaalatomii lencaa keenyaa
@khalidjimma3175
@khalidjimma3175 3 жыл бұрын
Raayyaa 💪❤️❤️
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤❤💚❤❤❤❤
@user-ex9vo8sz2w
@user-ex9vo8sz2w 2 жыл бұрын
Raayyan abba maacca sii wajjiin tokko miti bar atii wakaabedhahabtaamu
@alemayehubule3882
@alemayehubule3882 3 жыл бұрын
Kafalew tufaa fi uztaz rayya abbamachaa abooti amanti dhugaa ummataa kenyaf qabsa,an nuuf jiradha
@yabobayo5787
@yabobayo5787 3 жыл бұрын
Dhugaa keeti. 💯
@amanehusen815
@amanehusen815 3 жыл бұрын
Abbaa gingilchii.dhugaa.jetee.
@karimaajamal8560
@karimaajamal8560 3 жыл бұрын
Nuuf hajiraatu Umrii Arraagessa❣❣❣ Galatoomi Attilee Abttu ❤❤❤
@getachewjiru3263
@getachewjiru3263 3 жыл бұрын
Maaloo Habti Keenya Maalif Nujalaa Baddee Nagaadha Mitii.Maatiin Kee Nagaa Jiruu? Anoo Dhugaa Naan Yaaddaa'e .Baga Nagaan Nuuf Dhufte.
@margituuoromotube8064
@margituuoromotube8064 3 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/gNaDp6yTtNrVcZeb.htmlttps://kzfaq.info/get/bejne/gNaDp6yTtNrVcZc.html💗💗💗👈
@sanyiijawee6273
@sanyiijawee6273 2 жыл бұрын
Ustaaz Rayyaa kenaa abshiiri qalii kenaa sanyii gotaa umiir nuufi deradhaa ☝️☝️☝️☝️💪💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️
@fayizailiyasomntube6977
@fayizailiyasomntube6977 3 жыл бұрын
Uztaaz rayyaa qabsayaa oromo goota oromo aktiviiksii keenya abbaa amanta keenyaa hayyuu keenyaa nuf jiraadhaa umrii dheeradha ijjaa diina rabbii isiini haa qabuu
@haajiraatunamu3780
@haajiraatunamu3780 2 жыл бұрын
Nama kabajamaa fi oromoo quuqamaa qabudha raayyaa abbaa jabbaa ofii abbaa jabbeefta
@abdukemissie7657
@abdukemissie7657 3 жыл бұрын
Goota keenya baga eid Mubarak habtee keenya baga nuf jiradhuu qaxallee jenarala keenya
@kenaskids4126
@kenaskids4126 3 жыл бұрын
Ustaz Rayaa Abaa Mchaa long live
@reshadjemal6795
@reshadjemal6795 4 ай бұрын
Rayyaa koo ummurii saah dheeressuuuuuuuu❤❤❤
@barentutube1641
@barentutube1641 3 жыл бұрын
Hunda galessa jaba namati jabadhuu rayya abba macca
@oromiyaatube9887
@oromiyaatube9887 3 жыл бұрын
Habtee gallatomii attii ustazaa rayyaa nu dhiyyesuu kettif rayyaa ko wly osoo danda.amee umrii ko irraa sinnif qodaa akkumaa duniyaa irraattii ummataa kessaan jalatamtanit akiratilee rabbiin sinni Haa jalatuu lencaa ko hamaa lubbuu ko jirutii rabbiin hamtuu kessaan na hin dhagesisin qaroo kenyaa
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 3 жыл бұрын
Jeneraal habtamuu dhugaa ketii jabaa ofii abbatuu jabefataa... Atilee jabaa Kenyadha habtee itti fufii. ❤️💚❤️👍
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Malo maatii naffii ta'ime
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 3 жыл бұрын
@@lensamulunafamily5103 tolee ❤️💚❤️👍
@keyrattube9249
@keyrattube9249 3 жыл бұрын
Uszaata Rayyaa ko ❤❤❤❤❤❤☝rabbiin sii hatissuu.
@megersateferi2368
@megersateferi2368 3 жыл бұрын
Habtekoo waqayyoo wan garii siihadhagesisu, dhugaa bayyen sii jaladhaa
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi qali Nama
@mdderartu269
@mdderartu269 3 жыл бұрын
Rayyaa abbaa macaaf habbtef kabjni koo daran guddadhaa nuf jiradhaa
@etanachewaka7259
@etanachewaka7259 3 жыл бұрын
Hayyuu keenya naman baay'ee jaalladhu ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa nuuf jiraadhu iji hamtuu sin argin ija diinaa jalaa si hadhoksu,Habtish atillee eebbifami hayyuu kana nuuf dhiyeessuu keef
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Malo maatii naffii ta'ime
@hamdamendoyu7394
@hamdamendoyu7394 3 жыл бұрын
Itti muddii sanyii leencaa! √ dhugaaf jiraata nuuf jiraadhuu √ dhugaan keenyaa bahuuf deemti √ hanagaa ati dhuuftuuf kabaajan sii eegaana!
@ayubusman6568
@ayubusman6568 Жыл бұрын
Hayyuu koo umrii dheeraa nuuf jiraadhu atis habtisha
@foadadem165
@foadadem165 3 жыл бұрын
Ustaaz raayyaa abbaa Maccaa ulfaadhu Umrii nuuf dheeradhu
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Amiiiin Amiiiin Amiiiin bagaa walumana nuu gayee Eide mubarka
@chalaabdo7442
@chalaabdo7442 3 жыл бұрын
general atis Ustaaz Raayyaanis nuuf jiraadhaa!!!
@shenangibe4163
@shenangibe4163 3 жыл бұрын
Rabbiin umrii isaanii nuuf hadheeressu
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 3 жыл бұрын
😄😄😄😄
@nonaa383
@nonaa383 3 жыл бұрын
Rayaa Abaa Macaa Umuri nu dheradhuu jaz kalaa💪💪💪🤜🤛💔💔💔💔💖💖💖💖💖💓💓💓💓❤💚❤💚❤💚❤💞💞💕💕☝️
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maalo maatii naffii ta'ime
@zmmm9456
@zmmm9456 3 жыл бұрын
Hustaz rayaa❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍
@abebelamu1303
@abebelamu1303 3 жыл бұрын
Why not other religion leaders are coming out and teach such a kind of amazing teachings. I'm greatly proud of you. Thank you.
@bilaneshach1654
@bilaneshach1654 3 жыл бұрын
Bayeee garidha siti hatolu lamii koo 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
@salimali-wu5cb
@salimali-wu5cb 3 жыл бұрын
Usaz rayyaa you are my heroooooo
@user-qw4xj3cm9p
@user-qw4xj3cm9p 3 жыл бұрын
Usatazaa keenyaa qali fi garii umuriiiiiiiiii dheeraadhuu Leencaa keenyaa Rayyaa qali
Beautiful gymnastics 😍☺️
00:15
Lexa_Merin
Рет қаралды 15 МЛН
КАК ДУМАЕТЕ КТО ВЫЙГРАЕТ😂
00:29
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 9 МЛН
100❤️
00:19
MY💝No War🤝
Рет қаралды 23 МЛН
FiB: Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
57:01
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 209 М.
Gingilchaa 84ffaa: Iji keenya kaayyoo irra malee nama irra hin jiru
36:07
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Qaanqee Show
Рет қаралды 19 М.
Koket Show Turtii Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Waliin Godhe
29:14
Gingilchaa 79ffaa: WBO fi TDF
38:48
Qaanqee Show
Рет қаралды 108 М.
КАЧЕЛИ ИЗ АРБУЗА #юмор #cat #топ
0:33
Лайки Like
Рет қаралды 4,2 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
0:42
Аришнев
Рет қаралды 2,1 МЛН
ЧУТЬ НЕ УТОНУЛ #shorts
0:27
Паша Осадчий
Рет қаралды 9 МЛН
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 27 МЛН