Gootaa Fi Gantuu new Afaan Oromoo Comedy 2022 (Official Video)

  Рет қаралды 9,255

Abdi Getachew Tube

Abdi Getachew Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 94
@bariientertainment3467
@bariientertainment3467 2 жыл бұрын
I’m from Singapore 🇸🇬 I’m not understood this language but I really watched so many times 🙏🙏
@capitaloromia6582
@capitaloromia6582 2 жыл бұрын
Ok this is language Oromo language Afaan oromo 🙏
@munirazakir380
@munirazakir380 2 жыл бұрын
Don't worry You will know one day
@lammituulammiiforomo8812
@lammituulammiiforomo8812 2 жыл бұрын
hin sobin beekta
@giftytube7929
@giftytube7929 2 жыл бұрын
Jabaadhuu maaliifuu wanni ati irratti xiiyeefachuu qabduu wanumaa akkasiitiif dargaagoota xiqqo mogolee ijolle keenya caatirra olqabuu irratti dalaguu abdishaa kiyya
@monisanyimotii5550
@monisanyimotii5550 2 жыл бұрын
Wan hudumara oromifi kesan baye nati tolee wollahi ❤💚❤
@hamdhiya123hamdhiya6
@hamdhiya123hamdhiya6 2 жыл бұрын
Maashaa.aalaa Maashaa.aalaa Maashaa.aalaa tabaarakaalaa itti fufaa
@asmatuben9239
@asmatuben9239 2 жыл бұрын
Jabaadhu habibi bayye garidha
@tasuukaan5013
@tasuukaan5013 2 жыл бұрын
Gurbaa sanan sobaa wly hin jedhin jedhiin waan bayyee namatii toludhaa garuu abdii akatii siredituu abdiin qabaa
@siifanunguu7735
@siifanunguu7735 2 жыл бұрын
Maaloo maaloo nan kolfee 😄🤣 Jiraadhaa ergaa guddaa qaba dhugaa ❤ 😍 🙏
@saeedaa4897
@saeedaa4897 2 жыл бұрын
Wly malif jedha garuu🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 2 жыл бұрын
Orodoftoonnii Amaantii ortofoksii bagaa rabbiin guyyaa somaa hikkatiin isiin gaahee ayyaana gaarii qomoowwan koo.
@abbaafiraaggaroo1789
@abbaafiraaggaroo1789 2 жыл бұрын
Wollahi jedhaam Abduselam😏😏😏😏
@abdaalausman8321
@abdaalausman8321 2 жыл бұрын
Ergaa gudda qabaa wly jabaadhuu yero tokko tokko waan akkanas dalagaa
@kaalidfadiluchenal5883
@kaalidfadiluchenal5883 2 жыл бұрын
Kakaa baayyate diraamichi
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 2 жыл бұрын
Anaa dhufuu abdii jabaa keenna.atii dhugumaa gootaa keenyaa jabadhuu.garuu mucaan maliif sobaan wallahii jedhaa subaahanallah🤭🤭
@tokumatubehm
@tokumatubehm 2 жыл бұрын
Kķkkk abdi mashallah baye namati tola jabadhuu
@sumeeisilam2739
@sumeeisilam2739 2 жыл бұрын
Fedhii malee kolfee hojii kesan nyadhaa abo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@user-di8qy9wq3g
@user-di8qy9wq3g 2 жыл бұрын
Jabadhuu abdii
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
welcome nor Abdii kenyaa mucaa Abbaa miskinaa olmaan kee guddadhaa galatomii siin jedhaa anii jabadhuu hojii barodhaa qalii jecha ijolee mattii ko hin tayyiin kotaa
@giftytube7929
@giftytube7929 2 жыл бұрын
Abdii ko adaara maaloo yeroo wan akkasii dalaagdaan ijolle siwaliin dalagan San Akka kakuu maqa rabbiitin hin kakannee wal gorsaa abdikoo dunian badduudha wal yaadachiisaa Nama kolfiisiisuuf jechaa maqaa rabbiitiin kakachuurra of eeggadhaa jajabaadhaa ijollolleen naannoo kiyya biyya kiyya sanuu yeroo akkas wal jaajjabeesitanuu heddu natty tolaa ijoolle kenyaa caatirra kurruuufa oltii oso KZfaq dalaganii oso wanni birayyuu hafee sila ittiinuu of jijjiiruu turee
@zulaikashams9659
@zulaikashams9659 2 жыл бұрын
As wr wb baayee baredaa ta e ka e sobaan wlh jechun harammaa subanalla irraa fagadha sobaan kakachuu
@aleemaaleema5916
@aleemaaleema5916 2 жыл бұрын
wow Dass Jedha Part 2 Jabaadha
@IbraahimOrotube
@IbraahimOrotube 2 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa jabadhuu
@hortekushii189
@hortekushii189 2 жыл бұрын
Wly hin jedhina jechuu sobatif
@sadatubee
@sadatubee 2 жыл бұрын
Mata nafa ta.aa mee hundi kesanu
@rahmahmahmod6379
@rahmahmahmod6379 2 жыл бұрын
Garidha Garu. malo hadha infayadamina
@hafezaahamed360
@hafezaahamed360 2 жыл бұрын
Aba Misikina Kenya jirudhu waga kumaa
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 2 жыл бұрын
Matii naf tahaa hayamama warrii taatan😍😍
@mrindia2422
@mrindia2422 2 жыл бұрын
😂😂😂😂😂Kkkk Garuu Walhii Hin jedhina Qalididha mitii
@hnanagaro8207
@hnanagaro8207 2 жыл бұрын
Rabin isinif hatasisu fafiraka
@bereketnegn6480
@bereketnegn6480 2 жыл бұрын
😂😂😂ajaa’ibaa
@yashiyoutube5763
@yashiyoutube5763 2 жыл бұрын
Jajabadhaa jajabadhaa
@etterhgdd1872
@etterhgdd1872 2 жыл бұрын
😂😂😂😂😂 Abdii
@MunaFaris9
@MunaFaris9 2 жыл бұрын
Bayyee garidhaa jabadhaa Dhugaa isin 3 gootaa kenyaa 👍
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 2 жыл бұрын
❤💚💚❤💚GOD bless you! OROMO ❤💚🌷
@naziiftubu7621
@naziiftubu7621 2 жыл бұрын
Wwwww bayesa namatii tolaa
@nafesaan7727
@nafesaan7727 2 жыл бұрын
Woyoo garaa ko kolfan duheera 🤣🤣🤣🤣🙄🙄🙄
@burkaentertainment6929
@burkaentertainment6929 2 жыл бұрын
Yeroo abduselam si waliin hojjatu eenyuutu kamera qabe isiniif qabe
@amiramarwaqkennekanhadhasa5216
@amiramarwaqkennekanhadhasa5216 2 жыл бұрын
kkkk ATII GOOTAAM!
@ookoobul1594
@ookoobul1594 Жыл бұрын
Great!
@user-os9km7cn2j
@user-os9km7cn2j 2 жыл бұрын
😂😂😂😂😂🙆🙆ሲታሚሩ የነዉዱች🌹🌹💯💯
@misraatube6661
@misraatube6661 2 жыл бұрын
Bareedadha garummoo wollahi hin jedhinaa
@medinatijani1008
@medinatijani1008 2 жыл бұрын
dhuga gotaf gantudha kun
@tokumatubehm
@tokumatubehm 2 жыл бұрын
Kkķk argakee abdusalam kk
@Tube-tr6ee
@Tube-tr6ee 2 жыл бұрын
Ma wallahii jetani kakatu maal oboleyan
@tasuukaan5013
@tasuukaan5013 2 жыл бұрын
Hadhaa sii hin jedhin jedhiiin 👊👈
@kaamilaabdaala6243
@kaamilaabdaala6243 2 жыл бұрын
Mashallah jabaadha namatti tola
@medinatijani1008
@medinatijani1008 2 жыл бұрын
kkkkkk kuteenanabuu nuf jiradhaa😘😘😘😘😘😘😘😘💝💝💝
@miseeraa
@miseeraa 2 жыл бұрын
Abduselam ta'aa ajaa'ibaati❤️💚❤️
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 2 жыл бұрын
Mashaallah Tabaarakallh mashaallah Tabaarakallh
@alweyakamal138
@alweyakamal138 2 жыл бұрын
Bareda ture garu hiryaan ko wanuma hunda wolahi jedhe kakachu irra of haqusatu
@nanat1397
@nanat1397 2 жыл бұрын
Wow
@obsinettube
@obsinettube 2 жыл бұрын
😂❤️❤️❤️ mash'allha baye'e namati tolaa
@sameras8504
@sameras8504 2 жыл бұрын
Kkkkk
@nansiijimma4079
@nansiijimma4079 2 жыл бұрын
jabaadhaa heduu namatii tollah😍
@bashaduuyeemaariyamlijii8952
@bashaduuyeemaariyamlijii8952 2 жыл бұрын
Qaxalee
@alweyakamal138
@alweyakamal138 2 жыл бұрын
Akkasuma dhifama dabalataa hadhaa jedhe kan arbsu sana bakka sanatti nama rifachisa sirressaa
@nazirabawari3886
@nazirabawari3886 2 жыл бұрын
Masha Allah jaabadha
@kalidtube2544
@kalidtube2544 2 жыл бұрын
Woyo
@mohamedabood3903
@mohamedabood3903 2 жыл бұрын
😍😍💪👍🤞👍👍👍
@nabyatahmed1233
@nabyatahmed1233 2 жыл бұрын
masha allah namatii toltuu
@bariientertainment3467
@bariientertainment3467 2 жыл бұрын
“Wallaahi kiyyaan Hattuudha”jette Abdusalem Kakaa kanaaf eenyu itti gaafatamaa uummata rukutamaanana. Anyway qoosaa bareedaadha 🙏🙏
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 жыл бұрын
Kkkkkk
@jaallatudiniisillaaamicity1851
@jaallatudiniisillaaamicity1851 2 жыл бұрын
😍😍😍😍😍
@Suye444
@Suye444 2 жыл бұрын
Woyo yagarako kolfandunebo
@makiaahmat5054
@makiaahmat5054 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤😂😂😂
@amirsalim9707
@amirsalim9707 2 жыл бұрын
😅😅😅😅😅😅🙆‍♂️🙆‍♂️
@faatiijiimmaa8296
@faatiijiimmaa8296 2 жыл бұрын
jadhaa
@mameembup5306
@mameembup5306 2 жыл бұрын
Kkkkkkk erga gudda qaba galatomma
@nasimamahamadinasimmahamad7865
@nasimamahamadinasimmahamad7865 2 жыл бұрын
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
@bontuuoroo.9642
@bontuuoroo.9642 2 жыл бұрын
Kunii malii gowanii hadhaa hadhaa jechaa olaa
@nafesaan7727
@nafesaan7727 2 жыл бұрын
🤗🤣🤣
@Suye444
@Suye444 2 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@misirajima4511
@misirajima4511 2 жыл бұрын
Mashallaah 😁😁😲😲🙈😅😅😅😅🥀🥀🥀👌👌
@rahmaok8108
@rahmaok8108 2 жыл бұрын
😁😁😁😁
@natejaayyash1602
@natejaayyash1602 2 жыл бұрын
Wwwww mashallla
@kalidtube2544
@kalidtube2544 2 жыл бұрын
Kkkk
@azizaaziza8416
@azizaaziza8416 2 жыл бұрын
😀😀💔💔💔💔💔
@sumeyatube7351
@sumeyatube7351 2 жыл бұрын
Abdi qali kenya dirma keessan? Bareda garuu waa lama sirefadha tokkofan Wallay hin jedhena Lamafa hadha ishe hin jedhina? Dhifama
@fadilaf9150
@fadilaf9150 2 жыл бұрын
Ķkkkkkkkk
@khadeejamuhammad2416
@khadeejamuhammad2416 2 жыл бұрын
😁😁😁😁😁😁🤔🤔🤔🤭🤭🤭😒😒😒
@hawwaadbllaa8813
@hawwaadbllaa8813 2 жыл бұрын
😂😂😂😂😂🤣🤣🤣❤️❤️🎉🎉🎉💯
@haleemahaleem8163
@haleemahaleem8163 2 жыл бұрын
kkkkkkj👍😍
@shibiritube1635
@shibiritube1635 2 жыл бұрын
🎊🎊🎊🎊🎊
@Shamnad00742
@Shamnad00742 2 жыл бұрын
Gurbaani mata cerere sun balagedha Mali hadhasi jedha olaa tishi
@shibiritube1635
@shibiritube1635 2 жыл бұрын
🤪😄⚘⚘⚘⚘
@alamuddinbadru1203
@alamuddinbadru1203 2 жыл бұрын
🤣🤣
@rozisha5122
@rozisha5122 2 жыл бұрын
🤣🤣🤣♥
@halimaorotube4424
@halimaorotube4424 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkk
@kalidtube2544
@kalidtube2544 2 жыл бұрын
🤣🤣🤣
@bariientertainment3467
@bariientertainment3467 2 жыл бұрын
Akkaataa qoosaan kun itti goolabame natti hin tolle xiqqoo hanqina qaba . Battaluma Abdusalem irraan baatanii qabdaniin osoo dhumee baay’ee namatti tola ,garuu ani isin sodaadheera boodumaaf 😆😆😆
@mameoro8170
@mameoro8170 2 жыл бұрын
As wr wb Ramadan Mubarak warra halkan leeylatul qadriitin Wal qunnamu rabbiin isin haa godhu 🤲 asumaanuu nabiyyii keenya irratti salawata buusaa S A W 🤲 maatii naaf tahaa galatoomaa 👈kzfaq.info/love/LySctuJp87xnMcJQvyC9dg
Daa'imma baddee argamte
3:15
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 2,4 М.
MOHAMED BUSKUD OO JAWAAB KULUL SIIYAY MUNIIRA DAAWO
29:57
LADAN AHMED OFFICIAL
Рет қаралды 75
ISSEI & yellow girl 💛
00:33
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 23 МЛН
Prank vs Prank #shorts
00:28
Mr DegrEE
Рет қаралды 9 МЛН
123 GO! Houseによる偽の舌ドッキリ 😂👅
00:20
123 GO! HOUSE Japanese
Рет қаралды 6 МЛН
黑天使遇到什么了?#short #angel #clown
00:34
Super Beauty team
Рет қаралды 45 МЛН
Wama hotel
3:48
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 279
Sagalee Manzuumaa Haadha Sharafaa Ooddaa
11:18
Nabani Shafi Official
Рет қаралды 1,4 М.
Modern Standard Arabic Vs Syrian dialect Vs Egyptian dialect
6:29
Arabic with Toqa
Рет қаралды 1 МЛН
Andualem Gosa music
7:01
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 1,3 М.
Sagantaa kennaa ayyaan OBN waliin
8:42
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 975
Ijoollee Koo nama fudhatun barbaada🥹
2:13
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 2 М.
ISSEI & yellow girl 💛
00:33
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 23 МЛН