Haacaaluu hundeessaa oromo music on stage simannaa ABO irratti sep 15/2018

  Рет қаралды 562,655

United Oromia

United Oromia

5 жыл бұрын

Haacaaluu hundeessaa oromo music
Guyyaa simannaa ABO finfinnee
By United oromia please do not re upload
For more info and videos please
visit us on Facebook instagram and Twitter
Facebook 👇
/ unitedoromiaa
Instagram 👇
/ unitedoromia
Twitter 👇
/ unitedoromia

Пікірлер: 625
@tzinatngusa8364
@tzinatngusa8364 5 жыл бұрын
አጫሉ ውስጤ ነህ የልጅ አዋቂ ኦርሚያ አንዳተ አይነት ጀግኖች ያብዛላት ባጠቃላይ የ ኦሮሞ አርቲስቶች ኑሩልን ገና ብዙ ከናንተ አንትብካልን የ አባ ገዳ ልጆች ሺ ዓመት ኑርልን ፈጣሪ ሀገራቺን ኢትዮጵያን ይባርክልን
@AsSa-gn3tu
@AsSa-gn3tu 4 жыл бұрын
አልተሳካም አሁን ባጭር አስቀሩት
@lillaguyo6485
@lillaguyo6485 4 жыл бұрын
Garbicha koo Isaaf Oromo Jechun wan hunda dha stagera ba’ee dubatti siqqa jadhe ijjolle kenyaf yade ❤️🙏🏼❤️
@ethiopiahagere7625
@ethiopiahagere7625 4 жыл бұрын
ሀጩኮ ምን አለ ጨክነህ ባትለየን ሀዘናችን እያደረ ጠነከረ ኡፍፍፍ ላብድ ነው😭😭😭😭😭😭😭
@zaharaajimmaoromiya6540
@zaharaajimmaoromiya6540 4 жыл бұрын
😭😭😭
@user-on5gv3fr1f
@user-on5gv3fr1f 4 жыл бұрын
Effff😭😭
@user-oh3sk9ji3i
@user-oh3sk9ji3i 4 жыл бұрын
💔😢😢😢😢😢😢😢
@shalomkiflay8659
@shalomkiflay8659 4 жыл бұрын
እንደዚህ ልጅ አንጀቴን የበላኝ የለም። አሁንም ኦሮሞወች በሙሉ የሱን ፈለግ ተከትላቹሁ በመስማማት በኣዲስ ሓይል መጠናከር አለባቹሁ።
@tsehayregassa6853
@tsehayregassa6853 5 жыл бұрын
ሀጫሉ የወንድምህን ነብስ እግዚአብሔር በገነት ያኑርልህ ከሞት የሚቀር የለም ወንድሜ አንተንም እግዚአብሔር ያጽነህ ውድ የኢትዮጵያ የቁርጥ ቀን ልጅ ስለሆንክ ለአንተ ትልቅ ክብር አላኝ።
@oromiyyaabiyyaakoojituumag481
@oromiyyaabiyyaakoojituumag481 5 жыл бұрын
Wowwwww hacaaluu hundesaa jajabee akasibiilaa gotaa fininaa umurii dheradhuu👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤
@user-mi1lm3wi8s
@user-mi1lm3wi8s 5 жыл бұрын
አጫሉ ጀግናው love u so much💓💓
@mimidima5687
@mimidima5687 3 жыл бұрын
Haacee koo Mali wayaa ree 💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💋😭💋😭
@cherryashiahilwa9280
@cherryashiahilwa9280 5 жыл бұрын
Jiraa finfinnee handhuraa oromiyaa Baayyee Baayyee sijalannaa haccalluu hundeessaa goota oromoo qeersaa oromiyaa.
@imaaman2844
@imaaman2844 4 жыл бұрын
Wwwww
@asanatamam8631
@asanatamam8631 5 жыл бұрын
Hacce kenyaa gotaa kenyaa obolesakee rabbin isaaf haa dhiisuu gadike kee qofa miiti kan oromoo hundatii
@hazizabinteisilam2755
@hazizabinteisilam2755 5 жыл бұрын
jira jira hacce koo bayyee bayye si jalana nuf jiradhu umiri nuf dheradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍✊
@muheejmuheej8059
@muheejmuheej8059 5 жыл бұрын
🌹🌹🌹🌷🌷🌷🌷💐💐💐🍃🍃🍃🍃🍃🌷🌷🌷💐💐💐💐💐💐🍃🌹🌹🌹🌹🌹🍀🍀🍀🌹🌹🌺🌺🌺
@muheejmuheej8059
@muheejmuheej8059 5 жыл бұрын
hace koo nuu jiradhuu sanyii gota sii jalannaa umri nuu dheradhuu💝💝💝💝💝💝🌷🌷💐💐💐🌷🌹🌹🌹🌹💘💘💘💕💕💝💝💝🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺💘💘💕💘💘
@hdhdbdbdb7815
@hdhdbdbdb7815 5 жыл бұрын
Aceeeeekooo jiradhu gota gotaa Callu 😍😍❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏💪💪💪💪💪💪💪
@gngn6073
@gngn6073 5 жыл бұрын
ዋው አጬ አጫሉየ የኛ ልዩ
@burhanabraham2610
@burhanabraham2610 5 жыл бұрын
gn gn tgrae negn alawkewum trgumu gn swedew like
@mdbasar7971
@mdbasar7971 5 жыл бұрын
Rabbin siihaaeggu!!!
@alemwarri2333
@alemwarri2333 4 жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂
@w0rkineshtufa636
@w0rkineshtufa636 5 жыл бұрын
hace koo waqayyo obbolessa kee jannatan nuuf yaa cibsu 😢😢😢😭😭lenca kenya
@sinboneshubahinsene2374
@sinboneshubahinsene2374 5 жыл бұрын
Dhugaa jechuuf garaa na balleessitaan osoon gammaachuu kana isin wajjiin qoodadhee baay'ee nattii tolaa turee garuu akka waan isin wajjiin darbarseetii lakkaa'erraa yaa waaqayyoo nagaan biyya koo billisoomtee kanatti nagaan naa galchii mee nagaan biyya keetiitti nagaan si haa galchuu nan jedhaa!!
@netsitube8346
@netsitube8346 4 жыл бұрын
የኔ ጌታ ጀግናዬ ሃጬን ነጠቁን እግዚአብሔር ይበቀላቸው
@waqayyootikseekoottii7319
@waqayyootikseekoottii7319 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffff yaa sabaa koo bagumaa guyyaa kanaa hargitan kessatuu sabaa kessanif jetanii wareen dhiphuu fi giddiraa hedduun haara gessaan bagaa gamadaan Acaluu bayyeen sii jalladhaa hadhaa koo bagumaa kanan sii ga'ee
@habeebaalgail7154
@habeebaalgail7154 4 жыл бұрын
Uuuuuuuufe yaa hacce koo garan nugubate
@user-vb4bi4rn2b
@user-vb4bi4rn2b 5 жыл бұрын
ሀጫሉ አንሳ እንኳን ደና መጣ I'm happy to see you ♥♥♥♥♥♥
@zaithoonazaithoon9068
@zaithoonazaithoon9068 4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@mohamedabdi1292
@mohamedabdi1292 3 жыл бұрын
Rest in peace brother though I'm not an oromo....I felt it😭😭😭
@amenenku6052
@amenenku6052 5 жыл бұрын
ወንድሜ ሀዘንና ደስታ አብሮ የሚኖር ነው አይዞህ ለወንድም ነብሱን በገነት ያድርገው
@zaynabatayib3073
@zaynabatayib3073 5 жыл бұрын
Hacee kenyaa gota gafa xiqii nuf jiradhu sanyii gota sanyi abbaa gada jabee koo l miss you❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tadesekasu8665
@tadesekasu8665 5 жыл бұрын
haccee koo naf jiraadhuu obbolleessaa keettiis jannata raabbiin haa galchuu💛❤💞💗💝💙💜💜💝❤💛💛💚💞
@seenaawakejirawary5999
@seenaawakejirawary5999 5 жыл бұрын
Always min i see you i feel excited love you oromo music and oromo people 😘😘😘🖒🖒🌷🌱🌷
@user-uq8im4kt9c
@user-uq8im4kt9c 5 жыл бұрын
Uuuuuuuf💔💔💔💔💔💔🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
@alemjemma24
@alemjemma24 5 жыл бұрын
We love you too
@mohamedabas7455
@mohamedabas7455 4 жыл бұрын
Amaa atii dhugamaa dutee haccee koo 😭💔😭Rabin jenataa sif haa kenuu qaxalee koo 😭
@hawiilove7435
@hawiilove7435 4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭nuti yoomu hin fayyinu Hacee keenya 😭😭😭😭😭😭😭 wayyo wayyo inuma banne Kan si dhamne Yaa Hacaaluu Hundeesa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sabbonttuuarsii9652
@sabbonttuuarsii9652 5 жыл бұрын
hacceee kenaa bagaa nuffi jiraattee baayy'ee baayy'ee sii jaallana jaajjabbee lencaa oromoo raabbii umirrii sii haa dheressuu gottaaa kenaa naabseee nuufi jiradhuu sabbonnaa saabbaan bonuu haamittuun sii argiiin gaarrin sii daribin nabseee❤❤❤❤❤❤❤👈
@asmaasmabintislam7688
@asmaasmabintislam7688 5 жыл бұрын
Hacee jiradhuu habiibii umrke hadheratuu
@nafisaaabdaallaa1807
@nafisaaabdaallaa1807 4 жыл бұрын
no forget for you life everything i leki Hacaaluu hundesee ❤❤😭😭😭😭😭😭
@zinnaaarsii4318
@zinnaaarsii4318 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuufffffff yaa waaqayyoo galani siif haa ta'u kan oromoon guyyaa kanna argee Haceeeeee ilmaa saanyii mootii nuuf jiraadhuu baay'ee sijaalana qomoo koo 👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪❤❤
@mekimeki2673
@mekimeki2673 5 жыл бұрын
Hacee kenyaa gotaa kenyaa Nuuf Jiradhuu obolesaa kee waqini Sii haa sabarsisu nuu Hunduu obolesaa kenyaa
@kenomshmsh7207
@kenomshmsh7207 4 жыл бұрын
Umurii nu dherdhu Lenca Sabon Oromoo dha💪💪💪💪💪💖💖💖💖❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹👈👍👍👍👍👍
@urjjiisabaa4044
@urjjiisabaa4044 5 жыл бұрын
Jiraa jiraa jiraa jiraa finfinee haadhurra oromiyaa jiraaaaaaaaa
@kennaaraggaasaa9587
@kennaaraggaasaa9587 5 жыл бұрын
kkkkkkkkkkkk lakii biyyaa ormaa jiraa
@gkgj1051
@gkgj1051 5 жыл бұрын
ሀጫሉ እግዚአብሔር ይጠብቅህ የኛ ጀግና!!
@sabbonttuuarsii9652
@sabbonttuuarsii9652 5 жыл бұрын
hacceee kenaa bagaa nuffi jiraattee baayy'ee baayy'ee sii jaallana jaajjabbee lencaa oromoo raabbii umirrii sii haa dheressuu gottaaa kenaa😗😗😗❤❤❤❤❤❤❤❤❤nabbseeee uuuuuuuuuphaaa
@tigtig8147
@tigtig8147 5 жыл бұрын
Erejm edme ketenagr ysth swedew
@oromumakotiinniibonnayomil1352
@oromumakotiinniibonnayomil1352 5 жыл бұрын
jiraa jiraa jiraa finfiinee haadhura oromiyaa jiraa❤❤❤❤❤❤
@hammoudcell9722
@hammoudcell9722 5 жыл бұрын
አጩዬ የኔልዩ ስወድክ እኮ የኛ ጀግና ኑርልን 💚💚💚💚👍👍👍👍
@binttiisilamarsiiihadabba8316
@binttiisilamarsiiihadabba8316 5 жыл бұрын
Hacee lencaa sabbafi dhaltee nufi jiradhuu dhigaa koo 👍💞💞❤❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💝💝💖💖 rabbiin umrii kee nuufi haa dheessuu inshaallaahu 👍💪💪☝☝
@rabbiinabdaturabbiinabdatu2826
@rabbiinabdaturabbiinabdatu2826 5 жыл бұрын
Hacaaluu bagaa Rabbii bilisuma fi nagayani si galachee alhamdulillah lencaa kenyaa 👍👍👍
@egngenyetasekalewnkerstosi9550
@egngenyetasekalewnkerstosi9550 5 жыл бұрын
Jirraa hacekooo leenci bokkise .Hachishow wuste eko nak wud ye aba gada lij ❤💚❤
@hiwiyedingellej1023
@hiwiyedingellej1023 5 жыл бұрын
Uuuuufffff leenca keenyaa umrii dheeraadhuu😍😍💪💪💪👍👍👍👍👍
@tnsaa1tnsaa118
@tnsaa1tnsaa118 5 жыл бұрын
jirraa jirraa bagaa jiraatee haachaaluu huundeessaa waqaayyo jaabeenya siif haakeenuu gaalatomi haachee keenyaa oromoo keenyaa faayya oromoo umuurin kankee haa deerraatu
@obsituuwaahundaa80
@obsituuwaahundaa80 4 жыл бұрын
Wayyooo Hacce Koo Essa Sii Fuuna Ammaa .Waa'een Kee Abjuu Nati Taateem Amanuun Dadhabee Wayyoo Wayyyooo
@waqqayyooabdiikotiieyesusg4467
@waqqayyooabdiikotiieyesusg4467 4 жыл бұрын
Hacee koo jiraa ati esaa jirta kotuu lammii kenyaa si yaddee Hacee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Malo Hacee kotu
@user-id6ng6pr5q
@user-id6ng6pr5q 5 жыл бұрын
አጫሉዬ የኛ ጀግና እንወድሃለን እንቁሃችን ሕግዚሐብሔር ይጠብቅክ
@alimahmm3641
@alimahmm3641 5 жыл бұрын
Haacaluu keenaa nufii jiiraadhuu obboleesa keelee Rabbini haa Aararamuufii
@hafizshemsudin5260
@hafizshemsudin5260 3 жыл бұрын
Duuba namni khanaa laale garaan akkamitti sii dandahaa ahh hacce kho😭😭😭💔
@besthawidegaga8004
@besthawidegaga8004 5 жыл бұрын
Haacaaluu ❤ Sabboonaa 💚 Dhugaaaaaa❤ Tokkiicha biiyyaa koo ❤ Jajjaabee lammiiti koo💚 Falmaata #oromoo koo❤ ❤💚❤ ❤💚❤ ❤💚❤ #Haccee koo
@taiba6984
@taiba6984 4 жыл бұрын
Asqw
@subhanallaaallmduullillhya8569
@subhanallaaallmduullillhya8569 4 жыл бұрын
Aayii esaa sii funaa ree 😭 ammaa garan nuu gubatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤
@suzitadam7981
@suzitadam7981 3 жыл бұрын
Really missed you hacekoo😭😭😭😭😭
@newkw8981
@newkw8981 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@tolashiyadasaa2790
@tolashiyadasaa2790 5 жыл бұрын
Hacee Koo nuuf jiradhuu ❤💚❤
@user-lx2ik7ep7u
@user-lx2ik7ep7u 4 жыл бұрын
የሀጫሎን ገዳይ መገደል አለብት ዝም አትበሉ
@ifrahamin8057
@ifrahamin8057 4 жыл бұрын
😢😢😢😢 Rest In Peace Really all Oromos loved it
@unitedorotube395
@unitedorotube395 5 жыл бұрын
I love you so much for everything oromo koo
@abdiyusuf5378
@abdiyusuf5378 5 жыл бұрын
Haceeee baga rabbiin kanan nu gahee
@gannetganet4646
@gannetganet4646 5 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@nekubesatu3008
@nekubesatu3008 5 жыл бұрын
Hachalu oromo huger ayafersem! Tekekele
@boneehayilee6176
@boneehayilee6176 3 жыл бұрын
Uuuuuuu Waaayooo. Hacee. Koo. Sena. Kee. Yomiyyuu. Onnee. Ijoollee. Oromoo. Keessa. Hin. Badu. Wayoo. Sii. Dhabuni. Keenya. Nuu. Baaye. Nuu. Gadisa. 😭😭😭😭😭😭💪💪💪💪💪.qabeessoo. itti. Fufaa. Yomiyyuu.
@ekermmuktar724
@ekermmuktar724 5 жыл бұрын
I love Oromo people's all💝
@ammeensolution7161
@ammeensolution7161 5 жыл бұрын
Jira jiraa sanyii koo
@giloumeta8571
@giloumeta8571 5 жыл бұрын
Me too!!!
@addismegersa3702
@addismegersa3702 5 жыл бұрын
Hacaluu koo baye sii jalan jira jira jira finfine guba ❤❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤❤
@saratewahidoemanate-dingle2039
@saratewahidoemanate-dingle2039 5 жыл бұрын
Uuuuff hace my hero Malii jedhu hadho koo Gerarsii kee jajabina oromuma namafi taha Uuuuuuff gotaa kenya baguma guyya kana akka argituu sii taasise
@seemborak6238
@seemborak6238 4 жыл бұрын
Uuuuuuuufffiii hacuu koo 😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💝❤️nagaa nafi boqoodhuu goota koo mali godhuu si nayatanni saronnii lencaaa koo🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️
@thameemathameema6699
@thameemathameema6699 4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭
@birhanebayisa7963
@birhanebayisa7963 5 жыл бұрын
Wow hacee gotaa oromo❤❤❤
@rozaabdulbhari250
@rozaabdulbhari250 5 жыл бұрын
Way haccalluu koo jechaa siin ibsuu hin qabu dhugaa 💔💔💘💘👌
@abarashabarash6004
@abarashabarash6004 5 жыл бұрын
uuuuuufffffeee hacekooo jirraa jirta ati nuuf jiraadhu leencakoo
@mariimarii4967
@mariimarii4967 5 жыл бұрын
Jiraa jiraa jiraa jiraa jiraa jiraa Haacaaluu Hundeessa 💪💪💪😍😍👌
@annabekan4870
@annabekan4870 4 жыл бұрын
you will never be forgotten😢😢😢
@burhanabraham2610
@burhanabraham2610 5 жыл бұрын
Hachalu yemiwed like gchugn tgrae negn gn yesu zefen awedwalhu
@sanyihacee1374
@sanyihacee1374 4 жыл бұрын
Rip 😭😭😭😭😭💔💔
@xggdgagx8875
@xggdgagx8875 4 жыл бұрын
Haacee kanniisaa koo 😭😭😭😭😭😭😭kee kun garaa nu madeesseem😥😥😥waaqayyoo lubbuu kee jannataan haa qanansiisuu seenaan sin dagatuu gootaa oromoo😭😭😭😭😭😭
@honeykonjo2896
@honeykonjo2896 4 жыл бұрын
Yene wude betam new mewde tenorale westa love you forever 💔💔😭😭😭
@yarabbiabdinkosuma2029
@yarabbiabdinkosuma2029 4 жыл бұрын
yaa oromoo wlhi inuma duuneem kana dhamnee homaa fiduu dhabuu keenyaafi gaddi kana caalu inuma hin jiru 😭😭😭😭😭😭😭😭
@UsmaanYOU
@UsmaanYOU 3 ай бұрын
Uhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh Wanumajedhuun dhabee Imimmaaniin ijjikoo gutamee Bakkaan jiruu Wallaalee Dhugaankee Nuuf haabaatu Haceekoo ❤
@lolaolanrewaju7426
@lolaolanrewaju7426 5 жыл бұрын
የወድምህን ነብስ ይማር ግን ዛሬ አስደሰትከኝ ኢትዮጵያ የምተለውቃል ስላነሳህ ኮርምሁብህ ወድም
@testeshome5847
@testeshome5847 5 жыл бұрын
leecca kegna acchuyee
@user-ib5qf9ti1f
@user-ib5qf9ti1f 4 жыл бұрын
Wendemu motowal ende?
@galneeshubaa4195
@galneeshubaa4195 5 жыл бұрын
jirachuu Aceekoo sii jalanna ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-vs4ys4xi6n
@user-vs4ys4xi6n 4 жыл бұрын
Har’aaa hoo Haceee kooo Esaa siii arginaaa ebadeee 😭😭😭😭😭😭😭
@hikmaahmed7307
@hikmaahmed7307 5 жыл бұрын
Hacaluyeeee wr love you 😍😍😍
@abdugebeyehu8144
@abdugebeyehu8144 3 жыл бұрын
#1
@leliseegaramuterfa7727
@leliseegaramuterfa7727 4 жыл бұрын
Gootaa gafaa xiiqii haccee ilmaa oromoo sareen sii nyaateekaa
@naahileetdirribaa8099
@naahileetdirribaa8099 3 жыл бұрын
Haceeeeeeee wayyyyyyyoooooooo wayyyyyyyoooooooo gubannee dhumne maal Jenna Yaa Oromooooooo aaahhh
@sanbotusalalee9979
@sanbotusalalee9979 5 жыл бұрын
saanyii koo haamtuu siin argii jabadhuu jaajajabooo
@galneeshubaa4195
@galneeshubaa4195 5 жыл бұрын
umurii siihaa dheressu rabbi adha sii desse eshera umamtee darjjaa kanna gessee jedhii rabbi kadhuf addara dhamsakoo yoo dhagesse 💪💪💪💪💪💪💪
@sadamohamed5848
@sadamohamed5848 4 жыл бұрын
😭😭😭
@roobsaanjabadhaitifufaorom891
@roobsaanjabadhaitifufaorom891 5 жыл бұрын
Bagaa waqqayoo guyyaa kaanan sigaa. ee Haaceeeeeeee.
@lizaafuftuuadhaketilal5895
@lizaafuftuuadhaketilal5895 5 жыл бұрын
Acaalukoo nufii jiradhu umurii dheraa sifii awaa obbolesaa kee goftaani lubuu isaa amaruu
@Kemilaimissyoumom
@Kemilaimissyoumom 4 жыл бұрын
Uuuuf hacee kenyaa si nyatanii😢😢😭😭
@seidyahya7357
@seidyahya7357 3 жыл бұрын
Oromos love you!! May , R. I. P.
@user-rp6lq8ul5v
@user-rp6lq8ul5v 2 жыл бұрын
Oromonii biyyaa ijjaraa haccee koo💔
@mashobh535
@mashobh535 4 жыл бұрын
Abba dhugaa haccee gottaa oromo sarren si nyaate kaa gotta koo yomu si dagaanuu qabasson ke it fufaa
@diniabdela3893
@diniabdela3893 4 жыл бұрын
Hachalu ko nugattee demte 😭😭😭😭☝️rabbiin lubbuu kehamaru
@harmeetoosiinyaadee3592
@harmeetoosiinyaadee3592 5 жыл бұрын
Haacee koo tokkicha qixee kumaa ❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓👍☕
@mesluettee8787
@mesluettee8787 5 жыл бұрын
Jirraaaa
@gd6ubsifenbk349
@gd6ubsifenbk349 5 жыл бұрын
@@mesluettee8787 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🖐🖐🖐🖐🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒
@bontuwaritu2701
@bontuwaritu2701 5 жыл бұрын
Hacaaluu leenca keenya
@shamarifitala1572
@shamarifitala1572 5 жыл бұрын
Atti kumaa mee haacee💔💘💘💘🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹👌👌👌👏🤝💪💪💪💪💪💪💪💪💜💜💜💜💔💔💔💔💔💔💔
@asentigudisaa4580
@asentigudisaa4580 4 жыл бұрын
Hacceeee Koo summa dhabenee qaxalee oromiyya osoo biyyee tayye Hacceeee nyadhuu siila uuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@urgomengustu6233
@urgomengustu6233 3 жыл бұрын
huuuufffffffff Aacee koo namee kee yamaru GOTAA oromoo huuuuuuufffffffff😭😭😭😭😭😭👍
@rawdaa5631
@rawdaa5631 5 жыл бұрын
Haacee manyaa baga nuf jirate tokicha aka kumaa ❤❤👍👍
@zaenat.1237
@zaenat.1237 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuff haaacaluu kenyaa ijumaa hamtuuu sirraa haa qabuuuuu rabbiin guddatee ammallee kanumaa ol sadarkaaa keee ol haaa fudhuuuuuuu rabbiin guddatee
@misrabentislammisrabentisl2650
@misrabentislammisrabentisl2650 5 жыл бұрын
Guya gamachu argu kotif alhamdulillah
@rukiajimmatube7740
@rukiajimmatube7740 5 жыл бұрын
Adara Rabii jedhatii wallon oromo tahusa jari dinna habekanu nuti oromo dha bilisuma barbana
@Dhxgtylysadl
@Dhxgtylysadl 5 жыл бұрын
Hacalu nu jiradhu tokicha qaxe kuma
@abuahmad6558
@abuahmad6558 4 жыл бұрын
Anaa nyaatu Hacee koo😥😥😥😥😥
@hireemucaattiasaasa7698
@hireemucaattiasaasa7698 5 жыл бұрын
Jirraa Alhaamdulliillah qoomo koo Hachee koo uuuuuuphaa yaa gammaachuu koo
@sabontuoromoocell5883
@sabontuoromoocell5883 4 жыл бұрын
Uuuuuuf uuuuuuf uuuuuuf yaa hacaluu hudesaa sinyatee kaa saren yaa leecaa oromoo sii ejesan malee senan tee galan geysii😭
@bontuamboocell9361
@bontuamboocell9361 4 жыл бұрын
Wayyyoooooooo si nyattekaaa biyyeni uuuuuuuuuuy😭😭😭😭😭😭yaaa lencaa amboi kooti
@leencell1489
@leencell1489 4 жыл бұрын
Ana nyaatu haceee koo kamii gonee sii daganaa goota koo 😭😭😭😭😭
@abubekerfeki
@abubekerfeki 5 жыл бұрын
Wowwwwwww
@zeinazeina9236
@zeinazeina9236 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuu wayoo maloo uuuuuuuuu🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️😭😭😭😭😭 kun akkamittin dhabamaa maloo fardi waaqayyoo ☝️☝️☝️☝️☝️
@fanoshuurta9737
@fanoshuurta9737 4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭 uuuuff wayoo 😭😭 😭 echa tii siiarginaa ree amachi🙈🙈🙈🙈
@tringotringo3106
@tringotringo3106 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuu akkam goona kaa gubanee sii dhabneeto hacee koo😢😢😢😢😢😢aahhhhh keessi koo naa gubaate
@mihretethiopian7744
@mihretethiopian7744 5 жыл бұрын
Hacaaluu goota Oromoo jabaadhuu
@UsmaanYOU
@UsmaanYOU 3 ай бұрын
Dhugaankee Rabbiin Nuufhaa baasuu
@hawimegersa2056
@hawimegersa2056 4 жыл бұрын
Love you our beloved brother ❤
ARTIST HACAALUUN "OROMOON BIYYA IJAAREE" 08 11 2010
17:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 4,1 МЛН
Yeroo Waraanni WBoo fi Mootummaa Marii Nagayaa waliin taasisaniidha.
14:32
Spot The Fake Animal For $10,000
00:40
MrBeast
Рет қаралды 189 МЛН
IQ Level: 10000
00:10
Younes Zarou
Рет қаралды 10 МЛН
Sigma girl and soap bubbles by Secret Vlog
00:37
Secret Vlog
Рет қаралды 14 МЛН
Sagantaa nyaataa Haacaaluu hundeessaaf godhame Calgary canada
6:50
United Oromia
Рет қаралды 670 М.
Marii Artistoota Oromoo dhimmoota gara garaa irratti k-2ffaa
55:20
TOPICAL MEDIA TUBE
Рет қаралды 41 М.
Seenaa Hacaaluu Guutuu Osoo ofiif hin ijaaratin mana naaf ijaare
31:58
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 118 М.
Guyyaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa Waggaa 4ffaa 😭
10:44
Amiin Awwal Tube
Рет қаралды 22 М.
Потоп из какашек??? @zackdfilms - автор анимации.
0:31
Время знаний
Рет қаралды 2,3 МЛН
Don’t Stealing 👵Moral Stories for kids #kidsvideos #goodhabits #youtubekids #cartoon
0:21
Elizabeth and Briceida Learning & Fun
Рет қаралды 13 МЛН
♥️♥️♥️
0:20
Татьяна Дука
Рет қаралды 7 МЛН
KARMA AT SCHOOL 🏫 Stop time
0:32
dednahype
Рет қаралды 48 МЛН
MAGIC DRINK TRICK TUTORIAL 😱😳
0:20
Milaad K
Рет қаралды 61 МЛН