Haaluma Salphaan Passporti Online Baafachuu dandeessu|| How to apply Online passport

  Рет қаралды 470

ISAK IBRAHIM

ISAK IBRAHIM

Күн бұрын

Video Kana keessatti waan faayidaa guddaa isiniif qabu isinitti agarsiisa. Kunis akkaataa Onile passport baafachuu dandeessaniidha. Yeroo baay'ee Passport baafachuuf wareegama guddaa kafaltu. Amma garuu haaluma salphaan baafachuun danda'ameera. Kunis iddoo barbaaddan teessanii qaxaroo qabsiifachuun guyyaa isiniif kenname eegdanii fudhachuu dandeessu. Garuu karaa online shakkiin tokko akka hin jirre itti amanuu qabdu.
Kqn kanarraa hafe namni hundi passport qabaachuun baay'ee baay'ee barbaachisaadha. Carraallee adda addaa osoo nuti hin beekin argachuu dandeenya. Kana malees passport akka akka waraqaa eenyummaatti fayyadamuu dandeenya. Namoonni online fayyadamtan hundi passport qabaachuu qabdu.
Linki Arman gadii kana tuquun Bilbila ykn kompiitara keessaniin guutuu dandeessu.
(👇👇👇
www.ethiopianpassportservices...
Dhumarratti akkaawantii baankii kan isaan miseejiin isinii ergan hojjattoota bankiitti agarsiisuun akkaawanticha mirkaneessuun qarshii irratti galchuu dandeessu.
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
Chanala kiyya Subscribe gochuun na jajjabeessaa
👇➖➖👇➖➖👇➖➖👇
Karaalee Armaan gadii kanaan na qunnamuj dandeessu)
You can contact me in the following ways.
My telegram
t.me/isakIbro
My Facebook:
/ isaacbestever
Website ykn Marsariitii
isaaqibrahim.blogspot.com
Instagram:
/ isakibro911
In this video I will show you something very useful for you. This is how you can issue Online passport. You often make great sacrifices to get a passport. Now it can be removed easily. This allows you to sit where you want and book and wait for the date you are given. But you have to admit that there is no doubt about it online.
Apart from this, it is very, very important that everyone has a passport. We may even get various opportunities without our knowledge. In addition, we can use passport as as an identity card. All online users have a passport.
Click the link below to fill it out with your phone or computer.
(👇👇👇
www.ethiopianpassportservices...
Finally, you can show the bank account they sent you the message to the bank staff and verify the account and deposit money into it.

Пікірлер
Applying for a US Passport For the First Time (Get it FAST!)
10:16
Maneesha Mukhi
Рет қаралды 1,3 МЛН
dv visa lottery 2024 - How to apply TUTORIAL
10:16
ImmigrationBiz
Рет қаралды 132 М.
Каха заблудился в горах
00:57
К-Media
Рет қаралды 9 МЛН
НЫСАНА КОНЦЕРТ 2024
2:26:34
Нысана театры
Рет қаралды 1,4 МЛН
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 47 МЛН
Bultii Ijaaruu Na Jibbisiise
10:05
Oromia 24
Рет қаралды 22 М.
DV Lottery Visa Interviews at the Embassy: Questions and Answers
6:34
OCI Application Step-by-Step Process | How to Apply for OCI Card | Complete Guide
21:30
A step by step process on how to register for the SAT (in Amharic)
43:13
Ethio College Prep
Рет қаралды 6 М.
How to Apply for VISITOR VISA for PARENTS | GC Key | Canada 2023 |
24:40
Hit Submit & Canada
Рет қаралды 206 М.
Вроде ничего не изменилось 😂
0:25
Antonyuk-family
Рет қаралды 6 МЛН
Jumping off balcony pulls her tooth! 🫣🦷
1:00
Justin Flom
Рет қаралды 25 МЛН
Мужик купил китайское авто и сразу поехал в СЕРВИС
0:14
Собиратель новостей
Рет қаралды 3,8 МЛН