Рет қаралды 366,686
OBN Bit 14, 2011- Ambaasadaroonni sossochii sassaabbi gaalii fi gibiraa filatamaanii jiru. Ambaasadaroonni kun sochii sassabii gibiraa fi taaksii kanarratti mootummaa waliin hojjechuuf waada galaniiru. Haasaa Artiisti Haacaaluu Hundeessa dhaggeeffadhaa.