No video

Haati Koo Nuuf jecha Maraatuu jedhamte..

  Рет қаралды 38,908

Abdi Getachew Tube

Abdi Getachew Tube

Күн бұрын

Daa’imni Xiqqaa Amiir jedhamu kun Sababa Haati isaa Mataan dhukkubuuf namni baay’een itti qoosu innis barachuuf Humnaaf Hamilee dhabee bo’aa ture Amma garuu kunoo deeggarsi garaagaraa taasifameefii jiruu isaa fi barnoota isaatti deebi’eera!

Пікірлер: 1 300
@abdigetachewtube3811
@abdigetachewtube3811 2 жыл бұрын
Akkam Naaf Jirtu Obboloota koo? Jireenya Mucaa kanaa kana dura baay’ee nama gaddisiisa ture Amma Garuu Alhamdulillah deeggarsa isin gootaniin asiin geenyee jira Ulfaadhaa! animmoo Gaaffii lamaan tokkon isin gaafadha:- 1ffaa Hojii koo kana keessatti maalan dogoggore maal sirreeffadhu? 2ffaa hojiiwwan gara fuulduraatti yoo Rabbi jedhe hojjedhu keessatti osoon hojjedhee maaltu isin gammachiisa? deebii keessan reply naaf godhaa!
@tiyaashorxa6022
@tiyaashorxa6022 2 жыл бұрын
Waan dogongorte hin jiru abdi kena galatomi walayi bayen gammade uuufff wayi lammii koo kan hin mul'atin meqa jira
@zabibanone5600
@zabibanone5600 2 жыл бұрын
Jiradhu
@fatiabajebel1097
@fatiabajebel1097 2 жыл бұрын
imiiman qabachun dhadhabe aniis abbankoo itu na wolliin rakkatanu enan guddadhe biira deme mana ijarsiisefii jedhu isaniimo du'anii itu keesan jiiratii halamduliila hatiikomo lubbun jiirtii isii dhuman gargaratara ama rabbii na dandesiisen
@islaamfirast698
@islaamfirast698 2 жыл бұрын
wollahi abdiyye wonni haqate hin jiruu waan sirraa egamu ol hojjette rabbiin jiruu kee duniyaaf akiraa siiha gammachisuu wonni jedhe sigalatefadhu jechatu naa hanqate abdii wollahi gammachu kessa imimman qabachun dadhabee
@oromotititube719
@oromotititube719 2 жыл бұрын
Bay.ee galatom isaa duri gotu irra isaa har.atu na gamachisee gafa sana bay.een gadi yero wa.ee abba muca kana dhaga.u
@kalusanyihace1556
@kalusanyihace1556 2 жыл бұрын
Qalikoo bagaa si dese hatikee yaa garagraa miskinaa😍😍 hoji dansaa jazake rabi akafalu
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@redsmarttube7460
@redsmarttube7460 2 жыл бұрын
@@lalisejaleta5423 ok
@silvatonian1374
@silvatonian1374 2 жыл бұрын
Iiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii waqayyoo barraa keessani haa eebbissuu
@abubakartube6812
@abubakartube6812 2 жыл бұрын
Wolahi rabbin akka ati sagale missikkina tatte rabbin yomaal qiyaama janatta olla naabi muhaamad S.A.W SII haa bullchu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@malkoutudebela2066
@malkoutudebela2066 2 жыл бұрын
Uuuufffff oromon essuma jiraa kan mucaan kuni like hin qabne garuu waa baredaa kana namnis rabbiins jalatu hedduu hojeeta Dhugaadha abdii rabbiin jireenya garrii siha jirachisu ebbiffaami jiradhuu ❤❤❤❤❤😘😘😘😘
@nanatitube6929
@nanatitube6929 2 жыл бұрын
Maashallah maashallah maashallah taabarakaalah Adunyaa Akiratilee gamadii Abdi kenyaa qalii 😭😭😭😭😭
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@netsanettube9580
@netsanettube9580 2 жыл бұрын
Mati naaf ta'i please nanati
@hual749
@hual749 2 жыл бұрын
Maashallahmaashallhmaashllh taabarakaalah
@lubabahassen6870
@lubabahassen6870 2 жыл бұрын
አላህ ይጨምርልህ ረጅም እድሜ ይስጥህ ወላሂ ቋንቋው ባይገባኝም አላህ በምትሰራው ስራ አጅሩን ድርብርብ አድርጎ ይስጥህ ዱኒያ ወል አኼራ
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@abdigetachewtube3811
@abdigetachewtube3811 2 жыл бұрын
Amesegenalew yene ehet🙏
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 2 жыл бұрын
Raabbiin jezaa kee siif haa kaafaluu inshallah rabbiin akkaa atii jaara gaamachistee rabbiin Akiraa fi duniyaattii siyaa gaamachisuu inshallah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zeeyinabazeyinabbintii5520
@zeeyinabazeyinabbintii5520 2 жыл бұрын
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah jazaani kee rabbii biraatii sif haa kafalamuu abdisee janataani sii haa shalamuu duniiyaaa akiratii sii haa gamachiisu 👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@fayikattube5128
@fayikattube5128 2 жыл бұрын
Hadhaa koo ayii☝️😭rabbin si haa fayyisuuu hinsha Allah 💔☝️
@coec-tv9571
@coec-tv9571 2 жыл бұрын
Wwwwwwwooooo 😍 😍 😍 😍 dhugaa abdii Waaqayyo guddaa sii haa ebisuu ebifamii atii hojii garii hojechaa jirtaa
@ayantukabeta9021
@ayantukabeta9021 2 жыл бұрын
Wawwwwwww baay'ee namattii toolaa nu jabadhuu atti gootaa koo qaalii keenyaa nu jiradhuu qaxalee abdii waqayoo umrii keetti siif yaa dheresuu galatomii atti naaf jiradhuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@rozazinab3472
@rozazinab3472 2 жыл бұрын
Obbolessa koo qalii rabbii umrii Kee nuuf haa dheressu adduniya irratti aragalfi umrii dherina akiratti jennatul furdosiin sii haa qansisuu😘😘😘
@makkahnuuraabaasha3254
@makkahnuuraabaasha3254 2 жыл бұрын
Masha Allah Wly Abdi Getacho Bayee Galtomi Abbo Rabii Humuuri Kee Hadhereesuu Jazaa Kee Rabiin Siif Akeenuu Jiruunjirenya Kee Wanin Jedhuu Qabuu
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Qomko mati naf taime sanyi ko ebifami
@muridamurida6327
@muridamurida6327 2 жыл бұрын
JezakAllah hayer
@maditube6856Egzabhe
@maditube6856Egzabhe 2 жыл бұрын
Dhugaa rabbii mucaan xinoo kunii obbolesaa ko naatii.fakkatee bayee toko boyee 😭😭😭😭💔💔💔💔💔🖤warraa gargartanif rabbii isini ha ebisuu 🥺🥺🥺
@zarazara8546
@zarazara8546 2 жыл бұрын
Alhamdulilh rabbin akaa isin misikina garagaratani rabbin isin hagaragaru jzk rabbin isiniraa hajalatu ani amumaa kan aragee turee bayee garaa narase turee gizeen araguu jijirama jaraa bayeni gamadee rabbin isin hagamachisu akirafi duniyaa
@5Gstar678
@5Gstar678 2 жыл бұрын
Good job 👏👏👏👏
@ismaillcomedy7014
@ismaillcomedy7014 2 жыл бұрын
Wowww mashalah tabarakalah
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@dawudabduroo1978
@dawudabduroo1978 2 жыл бұрын
garagarruu fedhaa lakkofsa kee essa aragaadhaa
@yosefgirisa4337
@yosefgirisa4337 2 жыл бұрын
Waqayyoo barakee siif haa ebisuu umurii dheraa jiradhuu waqayyoo gatiike siif haa basuu
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 жыл бұрын
Mucaa nanaa Rabbii itii sifii haa gutuu jabbadhuu dhugaa hojii bareedaa hojeetaa jirtaa wawooooo ebbifamii waqayo barafii jireenyaakee haa ebbisuu ebbifamiiiiii🙏🙏🙏🙏🙏💗💗💗💕💕💕💕💔💔💔💔💔💔💔💗💗💗♥️♥️♥️♥️♥️♥️😘😘😘
@aslishashe8835
@aslishashe8835 2 жыл бұрын
Masha Allah ❤❤😭
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@naimaahmed673
@naimaahmed673 2 жыл бұрын
Masha Allah tabarak Allah ❤️✅
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi
@fakiaahmad3008
@fakiaahmad3008 2 жыл бұрын
Abdi jechan jedhe itin gamachu ko ibsadhu hin qabu Akumaa da.imaa kana dikana kessa ifatii bafte rabbin duniyaf Akiraa kee siff haa ibsuu JZK 🙏🙏🙏
@umuashiim1447
@umuashiim1447 2 жыл бұрын
Ayiii Abdii rabbin jirenya gamachu sajirachifatu Akira manake borumo rabbin tolche bareche sif haqopessu jechan dhabe wallahii 😭😭😭😭
@fatyyahababyyah5437
@fatyyahababyyah5437 2 жыл бұрын
Mashaa Allal rabbin sira halatu jiradhuu❤❤❤❤
@chaltuyerashid1744
@chaltuyerashid1744 2 жыл бұрын
Masha Allah💔💔💔💔💔
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@raadiyaoff7018
@raadiyaoff7018 2 жыл бұрын
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته ♥️💗 ماشاءالله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله تبارك الله جزاك الله خيرا Abdii Koo lammii koo nuuf jiraadhu ♥️♥️♥️💗😭😭🤲🤲🤲Rabbi Umrii si haa dheeressu wallahi ♥️♥️♥️💗
@Aggaro
@Aggaro 2 жыл бұрын
Abdii heduu galatoomi Rabbiin sira haa jalatuu worii birii kenitaanis Rabbiin bakka kuun ba'ee barkaa isiinif haa busuu Abdii matii koo adaraa 🙏🙏
@bortokalahabib8766
@bortokalahabib8766 2 жыл бұрын
Maashaalah ♥️♥️♥️😭😭😭
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@user-lv4bf8ol2d
@user-lv4bf8ol2d 2 жыл бұрын
Maashaa allah 😭😭😭😭😭
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@yasmiinhuseen8067
@yasmiinhuseen8067 2 жыл бұрын
Ya Allah Ammass Rabbiin isiin haa gargaruu insha Allah Abdii umari dheeraa fayyaa wajiin sif haa kennuu abdii Rabbii ummarii sifa haa. Dheeraatu insha Allah
@najibnaim3077
@najibnaim3077 2 жыл бұрын
Rabbiin gammachuu dhuma hin qane sihaa gammachiisu. Duniyaaf aakiraa rabbiin sadarkaakee ol siif hafuudhu abdii❤❤❤❤
@oromiyaahaacaaluu4537
@oromiyaahaacaaluu4537 2 жыл бұрын
Uuuff garaa nama nyaatuu 💔😭😭Abdi thank you 🙏👏❤️
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@rajaasadrajaasad9672
@rajaasadrajaasad9672 2 жыл бұрын
ዋውውውው ፈጣሪ እድሜክን እዲያብራልክ 🤲🤲🤲🤲🤲👌👌👌👌💋✅💋💋💋💋
@ayishajemal6234
@ayishajemal6234 2 жыл бұрын
Abdii rabbin sadarkaa kee addunyaaf aakiratti ol siihaa fuudhuu rabbin umrii kee nuuf haa dheereessuu Abba miskiina koo 😭❤️
@zedtube6887
@zedtube6887 2 жыл бұрын
Mashaa Allha Wallahi baye gamadee Alhamidudihila Alhamidudihila Alhamidudihila Alhamidudihila Abdii Sifilee jezakaa Rabii biraa argadhuu aksumasi wareni gargaratanfi 🥰🥰🥰🙏🙏🙏👈👈👈👈
@Suye444
@Suye444 2 жыл бұрын
😭😭😭😍😍😍😍
@samiraahuseen3493
@samiraahuseen3493 2 жыл бұрын
Anii kuno Marilee like lee sii godhee jira Rabbii umurii kee haa dheerressu abdii 🥰🥰🥰
@masaretdachaasa5136
@masaretdachaasa5136 2 жыл бұрын
Wowwww 🥰🥰🥰🥰🥰💯💕💕
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@rozaahasaan4668
@rozaahasaan4668 2 жыл бұрын
Masha Allah Masha Allah Abdiyee jazaa keti rabbi sif ha kafaluu atin Abba misikinaa bira dhabaatuu rabbin sibiraa ha dhabaatuu jabaadhuu Leenca ko si cina Jira galatoom imamani yaatima qorisitee Jirataa
@maakinkanoromoti7695
@maakinkanoromoti7695 2 жыл бұрын
Mashallha abdi rabbin akiraf duniyati siha gammachisu namni kamu hin rakkata kan gurba kana heddu gara nama nyata amii baga gammade bicu yaada gudda💗💗
@jawaraakoo5094
@jawaraakoo5094 2 жыл бұрын
Wowwwww Masha allah 👍👍👍👍👍👍nufjiradhuu sanyiii koo 😭😍👍👍👍
@nafeesakabbada5607
@nafeesakabbada5607 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭☝️
@meronguta7016
@meronguta7016 2 жыл бұрын
@@nafeesakabbada5607 jiradhuu Rabbin,umuri si haa dhereesuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime qomko
@mercitube5982
@mercitube5982 2 жыл бұрын
Fetari rejime edeme yesetike yen melkam sew
@zubeyadaarsiirobe8768
@zubeyadaarsiirobe8768 2 жыл бұрын
Uuuufffff bagamna rabinii isaanii milakeessii abadi koo galatommii warii gadii galachitana kuni maali matama isaanii dalagaa garu abadiye galatommii jzk warrii garagatanis
@waadaatube6775
@waadaatube6775 2 жыл бұрын
Kan akka abdii kun silaa biyya hundatti nuuf baayyatee yaa rabbi koo 😥😍❤️☝️ Abdi rabbiin duniyaa akhiratti sihaa milkeessu wlh waan jennee si ibsinu dhabne
@abiyothawa8831
@abiyothawa8831 2 жыл бұрын
😍😍
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@ummumuhannan3465
@ummumuhannan3465 2 жыл бұрын
😭🥰❤👍👍👍
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@obsituhussen1221
@obsituhussen1221 2 жыл бұрын
Yaa Abdi wallahi rabbii guuddaan hundaa siif haa gutuu Obaleysaa kiyya yaada muraadaa kee sif haa guutuu 😭❤
@badhaatu2052
@badhaatu2052 2 жыл бұрын
Mashallaah rabbi sirra haa jaalatu Wlh gaafa mucaa kana argee heduu takka boyye wlh 😭😭😭 Akkasuma warri gargarsa gootanif rabbi Duniya aakirati isin haa milkessu
@rahimaajawar9594
@rahimaajawar9594 2 жыл бұрын
Wwwwwwwwww mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa 💘👌😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@ilfuethiopia6612
@ilfuethiopia6612 2 жыл бұрын
Wowwwo bayyee namati tola dhugaa rabbi Waqayyo si haa ebbisu abidi abbaa iyyeesaa dhugaa bayyee namati tola
@jghhut6708
@jghhut6708 2 жыл бұрын
Masha alha masha alha masha alha Abdii dhuga hujin ke kunu halan namati tola kanumarati jabadhu Obaleyisa koo bayee si jaladha rabbiin sira haa jalatu ☝️☝️☝️☝️😭😭😭💕💔💔💔💯💯💯💔💛💛❣❣❣❣❣😭😭💕💕💕💔😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔❣❣❣💖💖💖💓💗💗💚💚💚💚🐆🤝💪☝🏽☝🏽☝🏽☝🏽☝🏽
@balayetashome6374
@balayetashome6374 2 жыл бұрын
Waqayyoo sii haa ebbissu ebbifamii dacha dachaan rabbii sii haa ebbissu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@hamdhiya123hamdhiya6
@hamdhiya123hamdhiya6 2 жыл бұрын
Maashaa.aalaa Maashaa.aalaa Maashaa.aalaa tabaarakaalaa abdi rabbiin jezaa kee janataal firdosiin siif haa kaafaaluu
@fahadmuhamme5457
@fahadmuhamme5457 2 жыл бұрын
Rabbiin isiniraa haa jalattuu inshaa alaah abadiif woroon malaqaan gargarataan hundaa kesanu rabbiin adunyaa wol akiraa isini haa milkesuu inshaa alaah
@hayatsaboontuusarboo150
@hayatsaboontuusarboo150 2 жыл бұрын
Aniile hinsha Allah nagarrgara amaf osoon tahiin garra fuduurratii🙏😭😭😭😭😭😭😭 bayyee Garra na nyatee wollahii Abdii rabbiin umuurriikee sihadhereesuu gallatoomii 🙏🙏🙏
@diiniiyaatube7442
@diiniiyaatube7442 2 жыл бұрын
Uyyii Abdi koo rabbii jazaa kee dunyaafii akiratii siif haa kafaluuu wollahii anni jechaa birraa hin qabuuu
@salaamsime2778
@salaamsime2778 2 жыл бұрын
Dhuga akuma arge micha kana gamachu isa argu hawe ture kuno arge 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@Habeba-gk5xp
@Habeba-gk5xp 2 жыл бұрын
Yaaa Abdii Rabbiin mana kee aduniyaaf akira sifa ijaru Rabbii umrii kee nufa dheresu 💘💘💘
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 2 жыл бұрын
Uuuuuuuufff yaa abdi koo hatii si desee mal qabaa yomaa wal fanaa akake nuf desee tatee umurii hadhaa kef abaa kee selee nuf haa dheressuu yaa qalii abaa miskina koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@shamilashamila6015
@shamilashamila6015 2 жыл бұрын
Abdi keenyaa an womaa jedhuu hin qabuu rabbiin jezaa kee siif haa kaffaluu jannatal firdosiin Sii haa gammachisuuu
@jamiilaalkenno3445
@jamiilaalkenno3445 2 жыл бұрын
Abdii koo Atii Abba miskiinti bar Rabbiin siraa haa jallatuu qalii koo mashaa Allah mashaa Allah Tabarka Allah 😍😍😍!!!!!!!
@misraajamaal301
@misraajamaal301 2 жыл бұрын
Mashallaha Mashallaha Mashallaha ammas Rabbiin oli isini haa fudhuu wallhi nama gamachisita
@siifaansaanyiijawwee80
@siifaansaanyiijawwee80 2 жыл бұрын
Abdiiyee koo rabbiin umrii kee nuufii haa dhersuu inshaallaah 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔☝️☝️☝️☝️☝️☝️
@leelloojiruu5020
@leelloojiruu5020 2 жыл бұрын
Abdii Abba misikina yaa qaalii keenyaa jabba rabbuma umarii si haa dheeresu ❤️
@halleluya6934
@halleluya6934 2 жыл бұрын
Abdii getaacho waaqayyoon fayyaa fi umurii dheeraa siif haa kennu ❤️❤️
@nurunalaqalbii4472
@nurunalaqalbii4472 2 жыл бұрын
Wallaahii immiimaaan qabachuu dadhaabee miskhiinii yeroo gamachuu ibsaatu namaa bochiisaa namaa rakkatee wan rakiinii tahee bekhaa inshaa allaah rabbiin atiilee khan sababa tateefii rabbiin darajaa tee siif ol haa fudhu
@rehimabadasa1997
@rehimabadasa1997 2 жыл бұрын
Rabbiin sirraa haa jalaatuu addunyaa akeeraa kellee rabbii siif haa tolchuu
@ayishajemal6234
@ayishajemal6234 2 жыл бұрын
Ani jechan itti ibsu hin qabu rabbin waa'ee keessan haa dubbatuu yaa obboleewwan koo kan miskiinoota kan fulaa ibsitan 😭😭😭☝️
@biiftuuoromiyaa7375
@biiftuuoromiyaa7375 2 жыл бұрын
Rabbiin duniyaa akiraa si haa gammachisu mootii koo 😭😭😭😭
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx 2 жыл бұрын
Dhuga Ani baye baye sii dinqisifadha abbdi Kenya rabbin duniya akirati sii haa gargaru jabadhu bagumma oromo tate nuufi jiradhu
@asdfjkl6616
@asdfjkl6616 2 жыл бұрын
Ebbifamaa waaqayyo siini ebbisuu laafa jiratutii 🙌🙌🙌🙌🙌💯💯💯💯🇾🇪🇾🇪🇾🇪✅✅✅
@iyesusislord4615
@iyesusislord4615 2 жыл бұрын
Wwoowow abdi jecha sifi dhaba waqayoo si ebisu bara Jirenyaa kee haa ebifamu 🌹🌹🌹🍎🍎🤩😍😍🤩
@madinamuhammadyoutube9721
@madinamuhammadyoutube9721 2 жыл бұрын
Raabbiin jezakumula keran Raabbii saah gaamachisuu adunya a woliaakirra😢😢
@aminaadam3116
@aminaadam3116 2 жыл бұрын
Maashaallaa raabbiini janaatanii si haa gamachisuu ishaallaa abdichoo keenyaa qallii 😭😭😭😭😭😭☝
@bonalove4162
@bonalove4162 2 жыл бұрын
Mashallah mashallah mashallah mashallah rabbi siraa haa jallatuu
@user-bu9pt6vd8w
@user-bu9pt6vd8w 2 жыл бұрын
abadii rabumaani anfi hojatee siin haa jedhuu rabbii sii haa jalatuu
@jituyesus4813
@jituyesus4813 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffeeeeeeeeee waaqayyoo bara fi keenyaa kee haa ebbisu obbolessako❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@masayasafa104
@masayasafa104 2 жыл бұрын
Dhugaa jiradhu ebifami Hadikoo Garu mee lakosake nakenime hanisi hama hunakiya garagaru barabada Hadid hadara waqayo lakosa ke nakeni🙏😭💔❤
@salehsaleh6560
@salehsaleh6560 2 жыл бұрын
maasha allah masha allah maasha allah rabbin siraa haa jalatuu
@makeyhjamel4741
@makeyhjamel4741 2 жыл бұрын
Rabin yadafi murada kee sihagutuu Amira obbolesa kiyaa Abdii moo Homa sidhibin insha alla baken demte maratii sihaifuu ❤️❤️❤️
@mariama7515
@mariama7515 2 жыл бұрын
Wollahi gammadee imimmaan qabatuu dadhabe abdii rabbin waan ati hin yaanne gammachuu aduniyaafi aakiraa siif haa kennu qashtii namaa
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 2 жыл бұрын
Waqqyyoo dacha sii yaa ebisuu obolesaa koo akkuma manaa isyesaa baresituu waqqyyoo kaan kee kaan calaa siif haa baresuu obolewan mati kaan gargatani hundumtii keessanu waqqyyoo dacha isini haa ebisuu ebifamaa 💔💔💔💔🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@sameerass2416
@sameerass2416 2 жыл бұрын
Mashaa Alllaah abdi ko rabbin akiraa fi duniyaati si haa gamachisu obbollee ko qaalli
@rozaroza949
@rozaroza949 2 жыл бұрын
Masha allha Masha allha Masha rabbiin siraa haa jalatuu abdii kenyaa qalii abba firaa abbaa rakataa nufi jiradhuu yomiiyuu
@abdoabdishabdish49
@abdoabdishabdish49 2 жыл бұрын
Mashaallah garaa laafaa keenna rabbii urmii siihaa dheereessu jzk rabbii siraa haa jaallatu
@Samiiraa248
@Samiiraa248 2 жыл бұрын
Mashalhaa Mashalhaa rabbii sirraa haajalatu rabbii umurii kee haadheresuu qalii koo
@MuhammedHussen-dc5un
@MuhammedHussen-dc5un 2 ай бұрын
❤❤maashaa Allah waan gaarii hojjata jirtaa jaalalloo baayyee jabaadhu hujii guddina male tiqqenya hin qabne duniyaafi Aakiratti ❤❤❤❤
@iftuukamaal3311
@iftuukamaal3311 2 жыл бұрын
Mashaa alaa mashaa alaa mashaa alaa mashaa alaa mashaa alaa rabii siraa haa jalatuu 😘😘😘😘😘
@samiraaman4378
@samiraaman4378 2 жыл бұрын
Abdii koo waan siin jedhuu hin qabu.hojiin kee afaan baase duubata. Abdii duuniyaafi Akkiraatilee rabbiin sii haa gammachisu. Booya siif bareesse rabbii waan yaade hundaa siif haa guutuu .😭🙏🙏🙏
@sabontuyoutube5562
@sabontuyoutube5562 2 жыл бұрын
Dhugaa Rabbii imiman qabachu dadhabe ilmon ofi jechuni !!
@aminaamttube3316
@aminaamttube3316 2 жыл бұрын
Uuuuuuufffiiiiiiii hedduu gara nama nyattaa rabbii isini irraa haa jallatu jzk ishaallaa
@sitinahamad826
@sitinahamad826 2 жыл бұрын
Masha Allah masha Allah baga rabbiin kanan isaan gaa'e attis galatomi abdi abba iyyeessa rabbiin bakka deemtu hundati sihaaya tiksu insha allah
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 жыл бұрын
Abdii dhugaa dubbachuf jireenyi biyya lafa kanaraati gammachu nama gargaaru irra waanti nama gummachisu hin jiruu jabadhu waqayyoo si haa kabajuu bro kiyya 🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤
@urjiioro8110
@urjiioro8110 2 жыл бұрын
Abdii waaqayyoo Umurii dheeraa sif haa keenuu Eebbifami 😭😭😭❤❤
@mubexaha5231
@mubexaha5231 2 жыл бұрын
As wr wb abdii wallahii wanii jedhanii siff debbissan hin jiruu jazakee janatlfidoos rabbii sif hagodhuu ummrii dheradhuu risqii balladhuu imanii barakka rabbin sifhaa kenuu insha'aallaa duniha barakka wallin 😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲Yarrabbii
@sakeenasultan8807
@sakeenasultan8807 2 жыл бұрын
mashallaah rabbii umrii sii haa dhersuu fayyaa siif haa kenuu rabbii sirraa jalatuu
@samerashasheefree2931
@samerashasheefree2931 2 жыл бұрын
jirdhuu hayyuu keenyaa nuuf guddadhuu gallannii kee wollahii guddadha gochi ati miskinaaf gootuu baayee nu gammachisee rabbii adawii kee haa cabsuu gootaa nama
@biifaan
@biifaan 2 жыл бұрын
Yaa Abdii Rabbin Umrii Kee nuf haa dheereesuu Heedun Sii Diqisifadha wly
@jamboonuur2786
@jamboonuur2786 2 жыл бұрын
Ulfaadhu Abdii koo Rabbiin sifi namoota hojii kana irratti hirmaattani gargaarsa kana gootan hundaaf kabajaatu mala ulfaadha
@amalalmansoori1257
@amalalmansoori1257 2 жыл бұрын
Maasha allah yaa tiruuko ati nuuf jiraadhu qaali namaa umrike nuuf dheeratu wollaahi ani ergan dhaladhe yoona gahe nama akka keetii arge hinbeeku
@shamseetube9426
@shamseetube9426 2 жыл бұрын
Masha'Allah Abdii koo Rabbiin siraa haa jaalatuu jzk
Osoon Abbaa Qabaadhee akka hiriyoota koo anis nan baradha ture😢
10:11
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 17 М.
Na Didan | Dubartoota karaa irratti daldalan osoo isaan hin beekin…
16:08
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 27 М.
艾莎撒娇得到王子的原谅#艾莎
00:24
在逃的公主
Рет қаралды 52 МЛН
WORLD'S SHORTEST WOMAN
00:58
Stokes Twins
Рет қаралды 204 МЛН
Anaa nyaatu...🥹
7:02
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 8 М.
🛑hadha.mana.gola.arti.oromo.wali.jira.rako.isi.rako.kiyaa.
10:16
sabboontuu walloo
Рет қаралды 645
Akka intalti gurbaa heerumtu itti qormaatte  | Seenaa Ajaa'ibaa
4:20
Dhaamsa Toltuu
Рет қаралды 40 М.
Birrii 5n dhabeen bo'aa ture amma garuu..😭
4:57
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 7 М.
አጠገቤ ሆና ትናፍቀኛለች : ልለያት አልችልም ስጦታዬ ናት ❤️
48:32
“Dur Nan Kadhaa Amma Nan Sadaqadha” Jette Ayishaa Abbaa Olii!
7:43
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 27 М.
Daa’ima Daandii Irratti Kufee Daandiirraa kaasame🥰
7:56
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 26 М.
艾莎撒娇得到王子的原谅#艾莎
00:24
在逃的公主
Рет қаралды 52 МЛН