Hariiroo Maatii fi Ijoollee

  Рет қаралды 1,469

Risaa Media

Risaa Media

4 ай бұрын

#Gammadaashow #Gammadaa #RisaaMedia #RisaaViewPodcast #podcast #RisaaView #attachment #Family

Пікірлер: 13
@Abeelove
@Abeelove 4 ай бұрын
Nagaan mana kanaaf haa tahu hordooftootaf jallaatamtoota obbo gammaadaa hundi keessaan manaakoos koottaamee ijoollee damma makaa waatu jira nabiraas ❤❤😂😂
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 4 ай бұрын
Guddaa Guddaa Galatoomaa jabaa 💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚💖💚💖
@m-jginnir8627
@m-jginnir8627 4 ай бұрын
Dhugaa media kesanii nati tola jabadha...
@amadmohamad2032
@amadmohamad2032 4 ай бұрын
Dhugaa joollummaa kootiin yaadadhe
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 4 ай бұрын
Afaan kana guddifachuuf , afaan amaaraa fii afaan ingilizii akkaaeessuu hin hin yaadinaa . Gujii , Boorana , Baale akkeessuu yaalaa .
@user-lg2iy6so9g
@user-lg2iy6so9g 4 ай бұрын
Wow bayyee aja'iba dhuga heddun itti bohaaree
@AHMEDMOHAMMED-fg9wc
@AHMEDMOHAMMED-fg9wc 4 ай бұрын
Waan gaarii nu yaadachiiftan😊
@siifaantube5427
@siifaantube5427 4 ай бұрын
Wow hedduu namatii tolaa jabadhaa ❤
@masibirahanu5204
@masibirahanu5204 Ай бұрын
Yaada baredadha barumsa qaba galatomaa ❤❤🙏
@user-be4pt1kw4q
@user-be4pt1kw4q 4 ай бұрын
Gammee
@user-uw4xu4pj8s
@user-uw4xu4pj8s 4 ай бұрын
Gammadaa bayyee barumsa nuuf laata jirtanii galatooma
@birratube6569
@birratube6569 4 ай бұрын
Yaada babbareedaa asirratti kaaftanii irratti dubbattaniif galata guddaan qabu otuun hin ibsiin hin darbu. Halleen gaaffilee ati kaaftu yeroo mara baay'een jaalladha. Kana asumaan naa qabadhu. Akka yaadatti garuu waanti ani kaasuu fedhu.... yeroo baay'ee irra deddeebidhaan hawaasa keenyarratti komii ka'aa jiru tokkotu xiqqoo natti baay'ate. Hawaasni kamiyyuu ilaalcha mataa isaa, akkatti waa hubatu qaba. Hubannaan hawaasaa kun ammoo jalqarraa yoo kaanu 'mythology' ta'uu isaati. This mythological veiw or narrative become a source of all knowledge and guidance principle. Beekumsi kun ammoo beekumsa waaqaa, ka namaa, ka lafaa , kan waaqaa lafaa, yookan kan sa'aa namaa fi kannen birooti. Hiikni hawaasni tokko waa'ee waaqaa kennu kan hawaasa biroorraa adda ta'uu mala. Akkaataan ittiin hawaasni tokko jaalala ibsatu kan biroo irraa adda ta'uu mala. Akkaataan ittiin ijoolleen guddattu,guddattee mana dhaabbattu yookan akkataan kamiyyuu ilaalcha fi amantee hawaasichaa irratti hundaa'a. Hawaasni keenya akkasitti nu guddise, akkasitti nu buqqise gaafa jennu hawaasni keenya guddisa ijoollee hin beeku akka jechuu wayii fakkaatti. Jaalala ibsuuf haammachuun durqama ta'uu dhiisuu mala. Dubbachuun durqama ta'uu dhiisuu mala. Jalqaba sagalee qofatu ture jechi jedhu kan kitaaba qulqulluu sun ...sagaleenis isa bukkee ture jedha. Kanaafuu sagalee sanaan dura waaqayyoo callisee ofii dhaggeeffataa ture jechuudha. Waan hundumtuu calleensa waaqaa keessa ture jechuudha. Sagalee humna qaba dhugaadha. Sagalee caala garuu calleensi humna dachaa qaba. Abbaan koo na jaallata. Garuu gaafa tokkoyyuu akkas jedhee naa himee hin beeku. Waaqayyoon nu jaallata akka nu jaallatu garuu ganamaas galgalas dhufee jechaa nutti hima miti. Jechoonni dhugaa jiru ibsuu akkuma danda'an dhugaawwan jechootaan hin ibsamnees ni jiru. Dhugaan gocha keessa jiru dhugaa isa jecha keessa jiru ni caala. Waan hundumti garuu seera qaba. Seerri kuni abbaaf ilma, haadhaf intala, abbaaf intala giddutti riqaa ta'ee tajajila. Oromoon hammataadha warri jedhu ittiin siyaasa daldaluuf malee maalummaa jecha kanaa beekee miti. kan nama haammatu seera malee, aadaadha malee nama miti. Their is a reasonable distance b/n each individuals and family. This distance shall be transited by a principal guidance. Every individual have its own entity which flows from social identity. Hawaasni keenya ijoollee guddisuu hin beekuu jechuu akka hin taane kallatti biraatin ilaaluu gaarii natti fakkaata. Amma yoonaatti bar hawaasni kun akkattuu as gahe. Eeyyeen dhugaadha aadaan yookan beekumsi aadaa hawaasa tokkoo qofaa isaa guutuu miti. Waantoonni hawaasa biroorra,yeroofi haala addunyaa ammaa irraa fudhachuu qabnu ni jiraata. Sana gochuun ammoo hawaasichi maal hin qabu,maal ammoo qaba jennee adda baasnee ilaaluu sirrii natti fakkata. Waan qabnu hundumaayyuu ni busheessina taanaan garuu akka dr. Gammachuu irra deddeebiidhaan jedhan barachuun keenya kan ittiin waa qabnu gabbifannu ta'uun isaa hafee kan ittiin waan beeknu wallaallu akka hin taanefan sodaadhe. Na oofkalchaa.
@user-uw4xu4pj8s
@user-uw4xu4pj8s 4 ай бұрын
Bayyee namaa bashanansisa dhugaa ittii fufa
VALENTINE'S DAY Kan Seexanaatii?? #RisaaView Podcast 2023
34:24
Risaa Media
Рет қаралды 3,2 М.
WHAT’S THAT?
00:27
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН
Amazing weight loss transformation !! 😱😱
00:24
Tibo InShape
Рет қаралды 56 МЛН
ПРОВЕРИЛ АРБУЗЫ #shorts
00:34
Паша Осадчий
Рет қаралды 6 МЛН
ዮአዳን (ክፍል 16)
38:07
ለዛ
Рет қаралды 203 М.
April 8, 2024
10:05
Heeran
Рет қаралды 7 М.
Yeroo Jaalalaa
31:26
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 113 М.
ፈኪ እና አህሙ እውነታውን አፈረጡት😱❤️
19:14
Fekiha show / ፈኪሀ ሾው
Рет қаралды 88 М.
Ofitti Amanamummaa Meetii Girmaa waliin #Risaaview Podcast 2024
43:34
Don't Die Before Your Death - Muniba Mazari #IronLady
38:48
Inspiring Minds
Рет қаралды 4,8 МЛН
Детство злой тётки 😂 #shorts
0:31
Julia Fun
Рет қаралды 4,5 МЛН
Бушмен и бабуин. В поисках воды.
0:42
BERMUDA
Рет қаралды 11 МЛН
Бушмен и бабуин. В поисках воды.
0:42
BERMUDA
Рет қаралды 11 МЛН