Iccitiin ‘Tap Tap’ dhiyeenya kanaa dhugaamoo soba? Egeree Biyyaa (Waxabajjii 25,2024)Finfinnee

  Рет қаралды 60,126

Waliif TV

Waliif TV

Ай бұрын

Waliif TV Daawwachuuf Karaa...
EthioSat NSS12E- Freq. 11604 Symb. 45000 Pol. H
Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf👇
Facebook- WALIIFTV
KZfaq- / @waliiftv
Telegram- t.me/waliiftvofficial
Tiktok- www.tiktok.com/@waliiftvofficial
Waliif TV Ilaalcha haaraa

Пікірлер: 101
@Haider-np4qh
@Haider-np4qh 27 күн бұрын
I live with you thank you
@user-lq7pe8zx3f
@user-lq7pe8zx3f 27 күн бұрын
Amman wa'ee 666 ykn lusifarii of keessa hin qabu Hin qabu yoo jettan immoo iccitiidha kan jedhameef maliifiidha??? Namni wayya naa haffeeree top tap godhi qarshii argataa naan jedhe ani garuu kuma kudhaan irra ga'ee deleetii godhe namoon eduun Conpitara duuba ta'anii mana bankii keessatti tap Tap gochaa jiru Irra caala Dargagoo Lusiifarii Jechuun Anlumitidii gochuudha natii fakkata
@Tadefrk
@Tadefrk 13 күн бұрын
Hi
@Malkaa9
@Malkaa9 29 күн бұрын
Exactly Caarraa kanaan ijoolleen keenya qor-qalbii social mediaf-business irratti qaban sirriitti transform godha jedheen yaadaa ture anis. Thanks Mr. Abdisa garuu waan kanarratti social keetiin hubannoo gaggabaabaa yeroo yerootti/akkuma sii mijateen utuu irratti haasoftee gaariidhan jedha.
@musahabaliyi1370
@musahabaliyi1370 29 күн бұрын
Garruu Namnii tokkoo waan takkaa haasawuf Waan Saan Dalaguu fi bekkuu barbachiisaa
@WagariKumsa
@WagariKumsa 20 күн бұрын
Jabadhaa isiin walin jirraa walif.
@HamzaAbdii-py4fm
@HamzaAbdii-py4fm 22 күн бұрын
Jabadha warii tapiswapi dalaga jirtan dalaga isiin dhorkudhaaf demaa warii asiira hasawuu dalaga isiin dhorkuuf demaa 💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👊👊👊👊
@AshebirTamiru
@AshebirTamiru 27 күн бұрын
Jabaadha warrii hojjeecha jirtan sa'aa hojii keessan hin balleessina malee ok
@YaaniHasan
@YaaniHasan 23 күн бұрын
We are proud of you waliif tv from borana
@michuutimes
@michuutimes 27 күн бұрын
Mensur Jamal osoo dhi’eessitaniimmoo caalumatti nuuf ibsuu danda’a
@BultiGobana
@BultiGobana 10 күн бұрын
Ammaa hin Kafalama moo hin Kafaluu Natii Himee Maloo yoo hin Kafaluu ta,ee Garaa Hojii Kotii Jabaadha 😂😂
@NuftoleJohanis
@NuftoleJohanis 12 күн бұрын
Probability nothing but the future is unknown
@Sebona-yv1gz
@Sebona-yv1gz Ай бұрын
Abdisaa kenyaa guddaa galatomi dhugaa kettii ini kan soba jedha ini of in bekne galatomi dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@abdalahibiya924
@abdalahibiya924 12 күн бұрын
❤❤❤
@shimeman
@shimeman 29 күн бұрын
Im HERE to See This ታዓመር.
@TewodrosDiro
@TewodrosDiro 22 күн бұрын
Hi Shimee
@oromiyaanbiyyadha
@oromiyaanbiyyadha 28 күн бұрын
Kun seensa "mogii fi mogog" isa wangeelli jedhuu natti fakkaata.Gara fuulduraatti namni isa malee bituu fi gurguruu ni dadhaba jedheen yaada.Xumura irratti gara mallattootti jijjiiramaa laata jedheen sodaadha.
@TajuAbdusabur
@TajuAbdusabur 6 күн бұрын
Wwwwwwwbayegaridhaa abotiiqanyaa adunya kanataneejiraa asuman ittinuf fufa
@DinkeAbdisa
@DinkeAbdisa 27 күн бұрын
Continue 🎉🎉🎉🎉🎉 I love you 💗
@alemayehuberhanu8446
@alemayehuberhanu8446 28 күн бұрын
Wow, waan guddoo irrraa baranne, hayyuu guddaa dha dhugaa
@tajuutube4096
@tajuutube4096 Ай бұрын
Tap tap tap 20M diidamaa naf gahee jira na riifa chiisiinaa abdiisaa kiiyaa suutumaa nat hiimii 🙆🙆🙆💸💸
@tujubahabtamu2477
@tujubahabtamu2477 Ай бұрын
Jabaadhu taphadhu Keessumatti Hamster kombat jabeessi yoo in qabaanne linkiin siif erga na qunnami 😇
@abdiigursum6508
@abdiigursum6508 Ай бұрын
Kkkkkkkk
@ganaleeahmed5903
@ganaleeahmed5903 Ай бұрын
Links nafi ergii me ​@@tujubahabtamu2477
@DelukedirGemado
@DelukedirGemado 28 күн бұрын
Jabaadhaa waa'ee google Afaan oromoo irratti
@feyissadaka6349
@feyissadaka6349 Ай бұрын
Waliif miidiyaa baay'ee isin jaalanna nuuf jabaadhaa.
@AbdisaGirma-wy1yu
@AbdisaGirma-wy1yu Ай бұрын
Waliif miidiyaa uummataa uummataaf hundaa'ee jabaadhaa. ❤❤❤
@Tofikbube-ej7un
@Tofikbube-ej7un 26 күн бұрын
Jabadhuu
@AwelHussein-hm1xs
@AwelHussein-hm1xs 24 күн бұрын
Exactly
@girmamerdasa8144
@girmamerdasa8144 22 күн бұрын
Good information
@omeegat7660
@omeegat7660 Ай бұрын
Waliif TV❤
@SHaamiiAliyyii
@SHaamiiAliyyii 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@GammeeTube-ux7vt
@GammeeTube-ux7vt 26 күн бұрын
Baaayyee galatoomaaa waan baayyeen hubadhee❤❤❤❤❤
@sultifayiso1079
@sultifayiso1079 Ай бұрын
❤❤❤Abdii
@Lammiif
@Lammiif Ай бұрын
wandmale, binancen miseensota milion 210 qaba 900 hin qabu. dachaa 4 dabalte:)
@abbaagadaa430
@abbaagadaa430 24 күн бұрын
Jabaa namni waan tap tap jedhamu kanani.dhugaa jiradha waan addaan juf baaftanif.
@DawitTure
@DawitTure 23 күн бұрын
Oggeessaa Teknoolojii tetee Waan hin Bekiin hin Hassahin fookodhaa (what it means cryptocurrency? This means our world future Digital coin
@AbdisaGirma-wy1yu
@AbdisaGirma-wy1yu Ай бұрын
Baayyee isin jaalanna
@shamshuabdi5317
@shamshuabdi5317 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@CvvfNvh
@CvvfNvh 29 күн бұрын
Welcame
@yasaabrahim9778
@yasaabrahim9778 29 күн бұрын
Abdisaa ❤ 👏 🙏
@Naweybekele-xd3ew
@Naweybekele-xd3ew 19 күн бұрын
Good
@abdiigursum6508
@abdiigursum6508 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@tolessaameyu1654
@tolessaameyu1654 Ай бұрын
Isheen bet 994 jedhanis kanaan tokkuma jechuudhaa abdiisaa??
@ShaamilKalif
@ShaamilKalif 29 күн бұрын
❤❤❤❤
@DefaGenamo
@DefaGenamo 25 күн бұрын
❤❤
@GammeAbdela
@GammeAbdela 21 күн бұрын
@Oummer-hn1xk
@Oummer-hn1xk 6 күн бұрын
Binansin qumaara jedha osoo isiinif hin galle osoo oddessuuu batman gaariidha.
@hirkofikadu3041
@hirkofikadu3041 13 күн бұрын
Galatoomaa!
@Afee_youtube
@Afee_youtube 29 күн бұрын
Daily combo guya arra refrali nma 1 na gaafte Nmni hamster hin qabne na dubbisa plz
@GammeAbdela
@GammeAbdela 21 күн бұрын
❤yada gari wani nuf kenitanaf guda galtoma
@foolleetentertainment9969
@foolleetentertainment9969 19 күн бұрын
😂👍
@galmesa48
@galmesa48 25 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉
@anasyaasin6498
@anasyaasin6498 20 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉
@ChalaUrga
@ChalaUrga 28 күн бұрын
Galatooma 🙏🙏🙏
@Afee_youtube
@Afee_youtube 29 күн бұрын
Waliif 🎉Heddu nuf galtaomi
@AbrahamMulugeta-pd5cm
@AbrahamMulugeta-pd5cm 20 күн бұрын
Bayyee galatomma
@MohammedJuneydi-dq2yy
@MohammedJuneydi-dq2yy 26 күн бұрын
Oromtoota keenna baga nagahaan dhuftan dhugaa dhimma kanaa nuuf ibsaa akkanatti jabaadhaa
@Oummer-hn1xk
@Oummer-hn1xk 6 күн бұрын
Wareeeee
@GashuTaye-bw4br
@GashuTaye-bw4br 18 күн бұрын
it is sure
@fuaadoosheikhjamaalofficia2424
@fuaadoosheikhjamaalofficia2424 Ай бұрын
Waan hunda Anumatu isinirra beeka, anumatu isiniif beeka jedha. Gurbaan kuni yeroo baayyee irra deddeebiidhaan akka hin beekne ofirratti ragaa bahaa ture. Mee ammas waanuma inni jedhu ilaalaa. Sammuu banaa waa itti fudhadhu yoo qabaateef immoo, nuti wantoota tokko tokko isa barsiisuuf qophiidha. Itti himaa! Yoo didemmoo if-dhahi jedhaanii!☹️
@mul24785
@mul24785 Ай бұрын
Barattootni university barnoota Gatanii iddoo WiFi tti tap gochaa Jira bar safuu😂😂😂
@singershelemanegasaofficial
@singershelemanegasaofficial Ай бұрын
Waliif tv kan oromoo sin jaallanna.
@AbdiHailu-ok2mp
@AbdiHailu-ok2mp 11 күн бұрын
KZfaq CC baay'eema ajaayiba dhugaa
@BarisoEdema
@BarisoEdema 8 күн бұрын
Tish.Soba
@Tadefrk
@Tadefrk 13 күн бұрын
Hi
@galanaolana
@galanaolana Ай бұрын
Galatooma hubannoo uummataaf laattaniif
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 29 күн бұрын
Beekaa nama ❤❤
@hawigebeyehu6554
@hawigebeyehu6554 10 күн бұрын
Jiraadhu
@ShimelisTesfaye-ed1gs
@ShimelisTesfaye-ed1gs 26 күн бұрын
baay'ee namatti tola nuuf jiraadhu abdii
@gelanaderessa8991
@gelanaderessa8991 29 күн бұрын
😂😂😂😂 yaadaa hin taanee keessaa ba'e hojii isaa haa hojjaatatu ittii nuuf hime mee Obboolleessa keenyaa
@AhmedEndrs
@AhmedEndrs 25 күн бұрын
Ani Ahmed jedhama bitcion anis bitadheen ture garuu wantichii sirriimo sirri miti isaa jedhuu ammaalee adda nabanee kanafuu bilbilaa ogessaa kanaa naergaa mee.
@Sinbonas
@Sinbonas 27 күн бұрын
Invite sigodha telegrama ke nakenni
@CalaUsmail
@CalaUsmail Ай бұрын
Wani kuni dhugaa moo sobaa
@user-jf7xn4uw5f
@user-jf7xn4uw5f Ай бұрын
😅😅😅
@negesetube
@negesetube 27 күн бұрын
Dhimmi Kun ajandaa guddaa ta'ee miidiyaa irratti dhiyaatuu qabaa?
@waabeetub3201
@waabeetub3201 12 күн бұрын
Hanguma dhugadha😂
@shamshuabdi5317
@shamshuabdi5317 Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉😂😂😅😮😮❤
@joeltelilaTB
@joeltelilaTB 28 күн бұрын
Hamster 🐹 Kombat Itti jabaadhaa wantichi sirriidhaa😂😂😂😂😂😂😂 Maaf akkas walgoonaa tap tap godhi abdi mee link kiyyan sitti ergadhaa naaf cuqaasaa isin lammanuu😅
@GeletaGumi
@GeletaGumi 26 күн бұрын
Wow mee isinumnalle hubachiisa uummata
@oromummaforomo763
@oromummaforomo763 23 күн бұрын
Yaadaan waitti daddabarsu😂😂😂
@monettubeofficial4563
@monettubeofficial4563 29 күн бұрын
Wa'ee pi network kanas addan nuf basii
@WayyituBaayisa
@WayyituBaayisa 6 күн бұрын
Kun hojii seexanaa ta'u hin oolu
@chalagurmesaetafa6416
@chalagurmesaetafa6416 25 күн бұрын
Abdiisaa gootakoo beekaan akkasii ibsa ulfaadhu.
@baarootube3815
@baarootube3815 24 күн бұрын
Nama hubanoo wan takka qabuu hasofsuu qabadan video kana kasaa yaboo
@to1awak
@to1awak Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂
@muusatube5448
@muusatube5448 29 күн бұрын
😂😂😂😂
@genanewchala9218
@genanewchala9218 23 күн бұрын
Haata'u malee waa'ee dhaabbata kana beekuun nii ulfaata ofitti amanaumummaa guutudhaan haasa'u hin dandeessanu maaf jennaan yutubaroonni addunyaa gurguddoon odeeffannoo hedduu fii waan hunda quba qaban dalagaa jiru tarii iccitii mataa isaa nii qabaata dhugaas ta'ee soba guyyaan haa baasu gama kiyyaan guyyaatti daqiiqaa 10 ol hin gubne sodaa baayyee hin qabu😂
@GamachuOro
@GamachuOro Ай бұрын
😂😂
@yazidaharun3082
@yazidaharun3082 29 күн бұрын
Maalitti beekha kun darsi
@abudKing-kf4co
@abudKing-kf4co 27 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@IbsaAman-hi1en
@IbsaAman-hi1en Ай бұрын
Maa akka yaada keetitti guyyaa guutuu tumnu siffakkata yoo sitaate malee.gadhee wahii 😂😂😂😂😂😂
@NayimHajii
@NayimHajii 20 күн бұрын
Gala toomi Abdiisaa Bancaa Qaalii
@user-zn1cg7qd1k
@user-zn1cg7qd1k Ай бұрын
galaatoomaa
@Onhandyoutube
@Onhandyoutube 24 күн бұрын
Yesw kebt
@NuredinEliyas-tj6xr
@NuredinEliyas-tj6xr 24 күн бұрын
Wanta kana mansuur Jamaal nuuf affeera,ogeessa tecnolojii yoo ta'uu baates hubbannoo isaa qabaachuu danda'
@AliOle-b9j
@AliOle-b9j 26 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@baasa-tube
@baasa-tube 25 күн бұрын
❤❤
@WayyituBaayisa
@WayyituBaayisa 6 күн бұрын
Kun hojii seexanaa ta'u hin oolu
Cool Items! New Gadgets, Smart Appliances 🌟 By 123 GO! House
00:18
123 GO! HOUSE
Рет қаралды 17 МЛН
39kgのガリガリが踊る絵文字ダンス/39kg boney emoji dance#dance #ダンス #にんげんっていいな
00:16
💀Skeleton Ninja🥷【にんげんっていいなチャンネル】
Рет қаралды 8 МЛН
Who has won ?? 😀 #shortvideo #lizzyisaeva
00:24
Lizzy Isaeva
Рет қаралды 65 МЛН
Yeroo jaalalaa
21:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ]  Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa  duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.
42:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 205 М.
Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa  Shaggar -  Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame
1:06:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 101 М.
Cool Items! New Gadgets, Smart Appliances 🌟 By 123 GO! House
00:18
123 GO! HOUSE
Рет қаралды 17 МЛН