IJA KIRISTAANUMMAA || ABDII DABALAA || JCP MULTIMEDIA PRESENTS || 2024

  Рет қаралды 5,980

JCP CHURCH

JCP CHURCH

2 ай бұрын

Thank You For Visiting Our KZfaq Channel.
Please Subscribe and turn on your Notification button 🔔 To Get New Videos.
Visit Our web site www.jcpchurch.com/
FACEBOOK jcpeth?mibex...
TIKTOK www.tiktok.com/@jcpchurch?_t=...
INSTAGRAM jcp_church?...
Waan nu daawwattaniif galatoomaa
nu waliin hojii wangeelaa hojjechuuf fedha yoo qabaattan
Bank Account Number Commercial Bank Of Ethiopia 1000266916594
COOP 1011800016733 Awash bank 01320746811300
Birhan bank 1500520081595
GOD BLESS YOU.

Пікірлер: 38
@user-sm6ox9ip7o
@user-sm6ox9ip7o 16 күн бұрын
Ameen ameen ameen ameen ebifamaa
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 Ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ayyaanni waaqayyoo siif haa baay'atu nama waaqayyo eebbifami🥰🥰🥰🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@RobeeBekela
@RobeeBekela 21 күн бұрын
Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii Ameeeeeeniiiiiii ilililililililililililili ulfadhuu yesusi Anii barumsaa akka kanaa argee ini bekuu dhugaa bayee Nama jijiraa dhuga waqayoo sini haa ebbisuu ebbifamaa Nama waqayyoo
@urjiiitalaabadiyya1947
@urjiiitalaabadiyya1947 2 ай бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ebifamaa ❤❤🙏🙏🙏
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 2 ай бұрын
Uuuuuuffee Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen ebifaamaa dachaa dhugaadha
@dhaabeeligaabaa5964
@dhaabeeligaabaa5964 Ай бұрын
Ameeen Ameen waqaayyoo isin haa Ebisu Ebifaamaa Namaa waqaayyoo
@misganeragasa7077
@misganeragasa7077 Ай бұрын
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ebbifammaa
@user-cl3tg8nz6z
@user-cl3tg8nz6z 2 ай бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ebifamaa Namaa Waqayyoo ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@MastuMast
@MastuMast 2 ай бұрын
Amen amen amen amen amen amen ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameeen Nun Caaraa Qabetoota halaluyyaa
@RobiManLijWondemu
@RobiManLijWondemu 2 ай бұрын
Ameen Ameen Eebbifami
@MimiHawas
@MimiHawas 6 күн бұрын
Ameeeeen Ameeeeen
@CaalchiseeBaacaa-wk1zw
@CaalchiseeBaacaa-wk1zw 2 ай бұрын
Waaqayyoo siin haa Eebbisuu Eebbifama Eebbifama saba waaqayyoo Eebbifama
@LaliseNafilet
@LaliseNafilet 8 күн бұрын
Ameeen Ameeen ❤❤❤
@BiiftuuDassaaleny
@BiiftuuDassaaleny 15 күн бұрын
Ammmeen ammmeeen ammmmen❤❤❤❤❤
@dessieshifera945
@dessieshifera945 Ай бұрын
Ameen! Ittiin eebbifameera.
@habtamueticha59
@habtamueticha59 2 ай бұрын
Eebbifami Abdiko! Ayyaana guddaatu sirra jira; itti jabaadhu. Waldaan keessanis baay'ee namatti tola; faarfattoota dibamoodha, isa amma dhaloota hunkuraa jiru jechuun sirba faarsaa fakkaatee sene sana akkuma ammaa gochaa jirtan kana itti fufaa mormaa malee gara keessan akka inni seenuu hin godhinaa. Gooftaa Yesus isin haa eebbisu!
@user-mf4ic1yq3r
@user-mf4ic1yq3r 2 ай бұрын
Amayyuu waaqayyo si haa eebbisuu
@liloaf5884
@liloaf5884 2 ай бұрын
Ameen eebifaamii❤❤
@waaqayoobekkadha4373
@waaqayoobekkadha4373 2 ай бұрын
𝘼𝙚𝙚𝙚𝙚𝙚𝙚𝙚𝙚𝙣 𝙀𝙗𝙞𝙛𝙖𝙢𝙖𝙖
@FitaleGishu
@FitaleGishu 2 ай бұрын
Ameeeeen
@SanyiiWaq-gaarii
@SanyiiWaq-gaarii 2 ай бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu
@user-cj6zd2yt6f
@user-cj6zd2yt6f Ай бұрын
Eebbiffama namaa waaqayyo
@user-hy8xn5hl5s
@user-hy8xn5hl5s Ай бұрын
Eebbifami bara kee guutu Lafee namaa lalisisa dubbiin kun 🥰🥰🥰
@user-fx1mg3df6g
@user-fx1mg3df6g Ай бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeen ebifamaaaa
@joxtube7934
@joxtube7934 Ай бұрын
Ameeen ebiifamiii❤❤
@yesusguda2145
@yesusguda2145 2 ай бұрын
Uuuff ammmeeen Eebbifamaa ❤
@user-wq2gm4sl2u
@user-wq2gm4sl2u 2 ай бұрын
Maloo Abdii waqayyo siin haa ebbisuu ebbima nama
@danielkeno
@danielkeno Ай бұрын
❤❤❤
@TolasaDeressa
@TolasaDeressa 2 ай бұрын
waaqayyof gaalatnii haa ta'u dhugaan kaana caalu maalidha uuuuffffffff❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@faituuwaariqu4105
@faituuwaariqu4105 2 ай бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifaamaa ebbifaamaa namaa waqayyoo waqayyoon nu yaa gargaaruu dhugaa 😢😢❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@SanyiiWaq-gaarii
@SanyiiWaq-gaarii 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@useruseruser4931
@useruseruser4931 2 ай бұрын
Ameeeen Ameeen Ameee Ameeeen Ameeen Ameeeen Ebbifamaa Ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@mamitofujairah6199
@mamitofujairah6199 2 ай бұрын
AMeeeeeeen ebbifamaa dachaa maatii waqayyo 📖📖🎉
@user-dm4eb7cr4g
@user-dm4eb7cr4g 2 ай бұрын
Ameen Ameeeeeeeeem
@MosisaEnjigu
@MosisaEnjigu 2 ай бұрын
Ameen
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 2 ай бұрын
Yoh. 15 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Yesus, "Mukichi waynii inni dhugaan ana, mukicha dhaabee kan eeguu immoo abbaaa koo ti. ² Damee utuu anatti jiruu ija hin godhanne, hundumaa in mura; damee isa ija godhatu hundumaa garuu, caalchisee akka inni ija godhatuuf irraa in qeexxa'a. ³ Isin ammuma iyyuu dubbii ani isinitti dubbadheen qulleeffamtaniittu. ⁴ Anatti qabadhaa jiraadhaa! Anis isinitti nan jiraadha; akkuma dameen muka waynichaatti qabatee yoo jiraachuu dhaabaate ofiin ija godhachuu hin dandeenye, isinis anatti qabattanii yoo jiraachuu dhaabaattan ija godhachuu hin dandeessan. ⁵ Ani muka waynichaa ti, isin immoo damoota isaa ti; inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay'ee kan godhatu; anattii gargar baatanii waan tokko illee gochuu hin dandessan. ⁶ Namni anatti qabatee hin jiraanne, akkuma damee sanaa in gatama, in gogas; damoota akkasiis walitti qabanii ibiddatti in naqu, in gubatus. ⁷ Isin anatti qabattanii yoo jiraatan, dubbiin koos isin keessa yoo jiraate, waan feetan in kadhattu, isiniif in ta'as. ⁸ Kanaan ija baay'ee godhachuu keessaniin, bartoota koo akka taatanis mul'isuu keessaniin ulfinni abbaa koo in argama. ⁹ "Abbaan akka na jaallate, anis akkasumas isin jaalladheera; jaalala kootti qabamaa jiraadhaa! ¹⁰ Akkuma ani abboommii abbaa kootii hundumaa eegee, jaalala isaattis qabamee jiraadhu, isinis abboommii koo hundumaa yoo eegdan, jaalala kootti, qabamtanii in jiraattu. ¹¹ Gammachuun koo isin keessatti akka argamuuf, gammachuun keessanis guutuu akka ta'uufan kana hundumaa isinitti dubbadhe. ¹² "Abboommiin koo isa kana; ani akkan isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa! ¹³ Namni tokko firoota isaatiif jireenya isaa dabarsee kennuu irra kan caalu, jaalala guddaa qabaachuu hin danda'u. ¹⁴ Waanan isin abboome yoo gootan, isin firoota koo ti. ¹⁵ Ani garboota isiniin hin jedhu, garbichi waan gooftaan isaa godhu hin beeku'o; ani garuu firoota koo isiniin jedheera, waanan abbaa koo irraa dhaga'e hundunaas isin beeksiseera. ¹⁶ Isin ana hin fo'anne, anatu isin fo'ate; dhaqxanii akka ija godhattaniif, iji keessanis akka jiraatuuf, maqaa kootiin abbaa waan kadhattanis akka inni isiniif kennuuf, ani isin kaaseera. ¹⁷ Kana hundumaa akka isin wal jaallattaniifan isin abbooma" jedhe.
@user-tc5tc4nq6d
@user-tc5tc4nq6d 2 ай бұрын
Uuffee amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏
HOOLAA WAAQAYYOO || JCP MULTIMEDIA || ABDI DEBELA || 2023
42:12
JCP CHURCH
Рет қаралды 12 М.
路飞被小孩吓到了#海贼王#路飞
00:41
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 81 МЛН
New model rc bird unboxing and testing
00:10
Ruhul Shorts
Рет қаралды 24 МЛН
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 59 МЛН
Farfannaa kadhataa walitti fufaa
1:59:46
Ejere Chengere Full Gospel
Рет қаралды 154 М.
HAFUURA HUMNAA  || ABDII DABALAA || JCP MULTIMEDIA PRESENTS || 2024
18:17
TAJAAJILA RAAJOTAA, ( barsiisa sagalee waaqayyoo kana itti eebbifamaa )
34:04
Prophet Yeshitila Mechi
Рет қаралды 2,1 М.
Lwasa afunye sente bupya,aguze benz ne rangerover
30:52
Kasuku Live
Рет қаралды 26 М.
KA'I !  - Luba /Dr. Gammachiis Dastaa
1:08:47
MO'AA TV
Рет қаралды 12 М.
Nurmuhammed Jaqyp  - Nasini el donya (cover)
2:57
Nurmuhammed Jaqyp
Рет қаралды 336 М.
지민 (Jimin) 'Who' Official MV
3:28
HYBE LABELS
Рет қаралды 21 МЛН