ISATU BAATA: TAPHA WAGGAA HAARAA GARTUU KOFIN WALIIN

  Рет қаралды 245,282

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

2 жыл бұрын

Baga nagaan gara waggaa #2022 tti Waaqayyo isin ceesise! Qoosaan kun waggaa haaraaf #Kofin wajjin kan qophaa'eedha.
Facebook: / asafamalkawakjira
Telegram: t.me/asefawakjira
Instagram: / asefawakjira
#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing.

Пікірлер: 573
@aberaberecha5683
@aberaberecha5683 2 жыл бұрын
Ishuma dhugaadhaan lafarra jirtu hojjettani. Heddu namatti tola. Warri sobaan raajanis warri harka maratanii taa'anis sirriitti irraa baratu.
@belachewbulto2229
@belachewbulto2229 2 жыл бұрын
maaluma siniin jedhuu siniin ijoollee keenyaa isatuu baata addumaam ittii fufaa
@meseratjaleta6940
@meseratjaleta6940 2 жыл бұрын
Wawoo qimamidhaam ijoolleen kuu waaqayyoo baraa keessan hundumaa haa ebbisuu wanumaa isaan hojetan dubatantuu namatii tollaa 💚❤❤💚💚❤👌👌👌👌
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 2 жыл бұрын
Kotuu maati naf ta'ii meserat
@betumedia
@betumedia 2 жыл бұрын
Maatii tanuu? kzfaq.info/love/BHAdU7SWw1LGKgNR7lCI9w
@Gammecomedyrehibot
@Gammecomedyrehibot 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'a
@bonakaganale2745
@bonakaganale2745 2 жыл бұрын
leencota koo Fiilmi Gurguddaa adoo nuuf hojjattan baay'ee nutti tola. ni dandeessusi Diraama Kutaadhaan adoo nuuf hojjattan isinirraa bareeda. Nuutis ammoo akka keessaan aartii Afaan Oromoo keessatti gahee keenyaa bahuuf tattaafachaa jirra. Kibba Oromiyaa Gujii irraa
@ababachfayera826
@ababachfayera826 2 жыл бұрын
Jabaadha jajjabee ilmaan waaqayyooti eebbifamaa maqaa yesuusiin.
@kennaayesus8140
@kennaayesus8140 2 жыл бұрын
Bayyeema namatii toltum dhugaa waqayoo isin haa ebisuu ebifamaa maqaa yesusin nuf jiradhaa
@zeritu8501
@zeritu8501 2 жыл бұрын
Wow wow barumsa heeddu qaba haala tajajiltota bara keenya fana walqabate deemaa eebbiffama ogeetota keenya
@masaratcity4851
@masaratcity4851 2 жыл бұрын
Ufuuu maalo ijoolee kanaa haa jajabeeffanuu waqayoo baraf jjirenyaa kessaani haa ebbisuu issiin jaladha obbolotaakoo heduu namati toltu Nama hubateef barnoota gudaa 💓💓💓❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@ababachfayera826
@ababachfayera826 2 жыл бұрын
Uuuufffeeeee har'a ga'uun waan guddaadha haaleeeluuyyyaa dhugaa jechuuf baay'ee namatti tola
@oliyadtemesgen972
@oliyadtemesgen972 2 жыл бұрын
Yo rajota bara sihanatif galef barumsa guddadha waqayyo isin ha ebbisu obbolotako❤❤
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 2 жыл бұрын
Kotuu maati naf ta'ii oliyad
@urjiitube
@urjiitube 2 жыл бұрын
Maati naaf qaali koo
@bayenubayenu3431
@bayenubayenu3431 2 жыл бұрын
Wawo Baye baredaa jabaadha Lamiiko
@chucheetube4018
@chucheetube4018 2 жыл бұрын
Waan hedduu nama barsisaa waqayyoo isin Haa ebbisu yaa Rajii bara kenyaa kana kun hundi waanuma ta'ati jirudham
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 2 жыл бұрын
Dhugaa Waqayoo Kolfaa mucuqii Amanul ee hojiikee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Ebbifama Dachaan Dachaan Ergaa Gudaa Qabaa Nuf jiradhaa Qaliiwan Kenyaa ❤️❤️♥️❤️🧡
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@hkkoqabiyesus3238
@hkkoqabiyesus3238 2 жыл бұрын
Uuuuuufiii malumaa namaati toltuu dhugaa waqaayyoomtii sina ebisuu ebifamaa ijolee kakuu barumsaa guddaa qaba ebifamaa
@Daadhii1320
@Daadhii1320 2 жыл бұрын
Ebbifamaa nuf jiradhaa dhugaa bay,ee namatiii toltuu❤❤❤❤
@oromonkiyyaatube1663
@oromonkiyyaatube1663 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk phexiros moo dawitituu holaa abba isaa egaa wal jalaa darbaa Nama waqayyoo sirumatii qoratee irraa geessee kkkkkkkk❤❤❤❤❤
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 2 жыл бұрын
Britu kotuu maati naf ta'ii pls
@mihirtshow
@mihirtshow 2 жыл бұрын
Hundii Keessni Mee Kota Gara Manakoo Matii Nagodhadha
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 жыл бұрын
Yaadeen keeessaan baayee namaa tola nuf ebbifamaa ijoollee waqqayyoo 🙏🙏🙏
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 2 жыл бұрын
Mati naa ta.i
@workidebele915
@workidebele915 2 жыл бұрын
Wwwwoo bagaa nagaani dhufatani galatoomaa isinifi baraa gammachuu isiniifi yaa tauu🙏❤💚❤💚✨
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please work
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 2 жыл бұрын
Workii maatii tahhii kzfaq.info/get/bejne/ec-fi7VjqZ6qlmQ.html
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 жыл бұрын
Eeyyeen Isaatuu nu baata naf tateettii jechii kun,,,,Eebbifama
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@forg647
@forg647 2 жыл бұрын
Ijolee kan bay'ee jaladha waq ♥️♥️♥️
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@amartiidheeressaa6254
@amartiidheeressaa6254 2 жыл бұрын
Wow😂😂Barana waan tokko seexanni na hin lolle, anuma irratti wallolaa bahan malee😂😂😂😂Hedduu namatti toltu🥰🥰💕💕❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Nuf jiraadhaa🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯💯💯
@musicstorecell615
@musicstorecell615 2 жыл бұрын
Anatuu ajesaa anatuu ajesee ratii wall dadhabanii jedhee #ebaan .....amayou wall haa dadhabanii maqaa Yesus kiristosin 🙇‍♀️
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 2 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@saraethubia117
@saraethubia117 2 жыл бұрын
Waqayyoo gooftaa Iyesusni isaatii keenyaatii isinifi yadataa kadhataa waqayyoo hundumaa isaa has gariidhaa waqayyoo has bayatuu 👉📖👈👉📖👈📚📚🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🌍🌍🌍🌍🌍🌍
@gaddhm3772
@gaddhm3772 2 жыл бұрын
Woow!obboloota koo guddaan isiin jaaladha baayyee natti toltuu yaadni keessa koo jiru karaa keessaan sabaaf barumsa addaa kennaa waan jiruuf guddiseen Waaqayyoon galateeffadha🙏🙏🙏
@saraethubia117
@saraethubia117 2 жыл бұрын
Hojii hojii waqayyoo ta,uu isaa hundumaa 👉📖👈👉📖👈📚📚📚📚🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@koketkiyyachibsa535
@koketkiyyachibsa535 2 жыл бұрын
Hirriyonni Waaqolle Akkumassati Maallo Baarasani Hundaati Waaqayyo Waaluman Issanha Jiraachisu Mana Tokko Osoo Issan Jirachisu Ta'ee Maalqaba
@hayathoo5481
@hayathoo5481 2 жыл бұрын
Wowowow wowowo wowowow waqayoo isinaa ebisuu qosan kesan nama hubatef ergaa gudaa qaba❤❤❤❤❤❤❤❤
@sanyiikiyyuu3306
@sanyiikiyyuu3306 2 жыл бұрын
Wawuuuuuuuuuu wawuuuuuuu timatimii muruu bayye dandechaa ebaa
@shumatebiranutube8886
@shumatebiranutube8886 2 жыл бұрын
Bagaa Nagga dhuftaanii Baraa qofaa kennafii jedhee ebbaan
@urjiitube
@urjiitube 2 жыл бұрын
Maree koo maati naaf ta.i
@yawahremedia8569
@yawahremedia8569 2 жыл бұрын
Wwwwww Barumsaa Ijodhaa ijolee Kakuu heddu nama barsisaa
@rabrahaambarii9872
@rabrahaambarii9872 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen dhugaadha eebbifamaa baayyee namatti tola!!
@girmaazachew5178
@girmaazachew5178 2 жыл бұрын
Qaldiin isheen akkasii kun illee taatiiree!? maqaa Waaqayyootiin tabachuun hin danda'amu jala muramaadha!
@dirbegemechu8451
@dirbegemechu8451 2 жыл бұрын
Waqaayyoo mana rafii naa egii siin jedhaa hoojadhuu argadhuu jedhaa maalee
@tigistweyessa7092
@tigistweyessa7092 2 жыл бұрын
Great job waqqaayyo yoati hojiitutu siffi ebissa!
@tanantaye6561
@tanantaye6561 2 жыл бұрын
Baayyee namatti tolaa dhugaa nuu jabaadhaa
@ababachfayera826
@ababachfayera826 2 жыл бұрын
Maaloo yoo fedha gooftaa ta'e jechuun milkoomina keenya guddaadha.
@karaadhugaa7160
@karaadhugaa7160 2 жыл бұрын
Ebbiifamaa dachaa ❤❤❤
@kafaneeaebba8773
@kafaneeaebba8773 2 жыл бұрын
Dhugaa waqa rajotaa sobdu iratii siresa nu hojjedhaa💪💪
@asnqechshumye9852
@asnqechshumye9852 2 жыл бұрын
Wow dhugaa anf erga guuda qaba ebbiifama🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤
@gudinajirata8441
@gudinajirata8441 2 жыл бұрын
It has a great message keep it up ! may almighty God add his abundant peace and grace upon you.
@dasitakoot5426
@dasitakoot5426 2 жыл бұрын
Bagaa gessaan hundumtii keessaan🎆🎇🎇🎆🎆🎄🎄🎄🎄🎄🧨🧨🧨🧨
@zinoafso7136
@zinoafso7136 2 жыл бұрын
Eebbifamaa bayyee namatti tola dhugaa
@sifannimoo3428
@sifannimoo3428 2 жыл бұрын
Wow wow bayee namatti tola 😍
@garinuguse8995
@garinuguse8995 2 жыл бұрын
uuuuu maloo eessan dhaqa waaqa koo ijoollee kana biraa wayya Amoo tajaajila tokkoo natti fakkate
@nkoogoftako851
@nkoogoftako851 2 жыл бұрын
Waqayyoo isaan haa Eebisuu Eebifamaa 💖💖💖💖💖💖🙏🙏🙏
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please wazir
@xajjeebaqqalaa3796
@xajjeebaqqalaa3796 2 жыл бұрын
Woww baga nagaan dhuftaan akumaatiin isiin jalaaladhuu ❤️❤️❤️
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 2 жыл бұрын
Xajjee kotuu maati naf ta'ii pls
@biramokonin1571
@biramokonin1571 2 жыл бұрын
Ajaa'iibaa jabadha waanti namoota bayye gufachisu akka itti rajiin sobdonni kun dubatanidhaa
@urjiitube
@urjiitube 2 жыл бұрын
Waw waqayyo siin haa ebbissu 😍😍
@beleynashkumsa3466
@beleynashkumsa3466 2 жыл бұрын
Dachaa eebbifamaa
@biqiltub3161
@biqiltub3161 2 жыл бұрын
Wow barumsaa cimaa dhaa
@jorgoabdisa551
@jorgoabdisa551 2 жыл бұрын
wow eebbifamaa dhugaa ergaa guddaa dabarfattaniittuum
@sahayisahayi626
@sahayisahayi626 2 жыл бұрын
Ebbifam Ebboo koo
@tolesadiriba9151
@tolesadiriba9151 2 жыл бұрын
Mee jabadhaa !!!!!!!
@sabboontuuwallagga5194
@sabboontuuwallagga5194 2 жыл бұрын
Ebifamaa ijoolee kaakuu
@almaznuree7194
@almaznuree7194 2 жыл бұрын
Ebbifamaa.ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa Waaqayyoo si ni.hebbisuu.❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please almaz
@kenotashoma8935
@kenotashoma8935 2 жыл бұрын
Wwwwwuuuuu ebbifama bayye nama boharsitu dhugaa
@lesejaleta5719
@lesejaleta5719 2 жыл бұрын
Waaqayyoo isiin haa eebbisu dhugaa isiniin jaalladha
@user-ht3eg4gq5u
@user-ht3eg4gq5u 2 жыл бұрын
Jabadhaa bay'ee namattii tolaa
@sagaleejirenyaa1198
@sagaleejirenyaa1198 2 жыл бұрын
Wow namatii tolaa nuu jabadha😍
@jituutube7160
@jituutube7160 2 жыл бұрын
Dubi waqayotii in qosinaa laki in dhamituu😭😭
@kafaneeaebba8773
@kafaneeaebba8773 2 жыл бұрын
Waqayyoof Galannii Hata'u Isatu Nubate Borile isatu nubata♥️💯✅
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@hindarbaafobsuun2566
@hindarbaafobsuun2566 2 жыл бұрын
Ebaakoo ebbifamii wamichii sagaalee bilbilakee bareedaa
@tmaniacell7446
@tmaniacell7446 2 жыл бұрын
Wowoo barumsa addattii Eebbifamaa
@obseeobseekita3519
@obseeobseekita3519 2 жыл бұрын
Welcome bagaa nagaanii dhuftaanii qaxalewwanii keenyaa nooraa
@siifandiribaa9359
@siifandiribaa9359 2 жыл бұрын
Dhugaa wanumaa rajjonii baraa kanaa hojjechaa jiraanidhaa bayyee barumsaa gudadhaa ebbifamaa
@aberashmagersa2193
@aberashmagersa2193 2 жыл бұрын
Ebbifama waqayyoo nagaasa ebbasa humnasa jalalasa dachaa godhee sinif haa dabalu❤❤
@haftewako6702
@haftewako6702 2 жыл бұрын
Such a breakthrough is very helpful for our society. Hamtuun isin hin argin. ጫወታዉ ዉስጤ ነዉ።
@urjiitube
@urjiitube 2 жыл бұрын
Maati naaf ta.i sanyi
@yeroosan5737
@yeroosan5737 2 жыл бұрын
Ergaa kaleesaa afeeramuu keessan bareetii ta'een siin eega jiraa Bagaa nagaan dhuftaan nuuf jiraadhaa 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please yero
@destagurmu9065
@destagurmu9065 2 жыл бұрын
sabaa Waqayoo Saglee Waaqayyotin Hin Qosiina Maloo Isaa Dhugaa Qofaa Malee
@asterdefaruwaaqayyooammaiy2692
@asterdefaruwaaqayyooammaiy2692 2 жыл бұрын
Wow sira bareda
@hindarbaafobsuun2566
@hindarbaafobsuun2566 2 жыл бұрын
Baayeee namati toltuu nuu jiraadhaa❤❤❤💚💚💚💕💕💕💕💕
@urjiitube
@urjiitube 2 жыл бұрын
Kottu maaloo maati naaf ta.i
@taadiyee
@taadiyee 2 жыл бұрын
Barumsaa gaariidha jabbaadha
@johnytechh5035
@johnytechh5035 2 жыл бұрын
Ebifamaa dachaa
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 2 жыл бұрын
Ebbifamaa naamati toltuu 💟💟💟
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@muludegefa9188
@muludegefa9188 2 жыл бұрын
Baayyee nama barsiisa,nama boharsa
@wark8474
@wark8474 2 жыл бұрын
Amazing thanks for your 😁😁💯✔
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Kofin team ilove you so much
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@kiyuubiraanuu5255
@kiyuubiraanuu5255 2 жыл бұрын
Wayoo aniii isaa in bonyuu kolfaa du,ee
@bilisemisganu9463
@bilisemisganu9463 2 жыл бұрын
Waayoo bayee nati tooltu dhuga jabadhaa ebbifamaa
@siinkaayyootube176
@siinkaayyootube176 2 жыл бұрын
Bilooko maatii naaf ta'i video ati jaallattun qabaati 👋
@alainalain2199
@alainalain2199 2 жыл бұрын
Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa waqaayyoo sin haa ebisu
@beekiibekisha8695
@beekiibekisha8695 2 жыл бұрын
Wooww ergaa guddaa qabaa jabadhaa happy new year ❤💚❤
@AbisheEntertainment
@AbisheEntertainment 2 жыл бұрын
Ajaa'iba jabaadhaa. Ilmaan Oromoo koottaa mana koos nooraa.
@gabichimdi3967
@gabichimdi3967 2 жыл бұрын
Kkkkkkk hojjedhee hin beekuu isuman eegaa Taa'ii manatti sii dhufaa🤣🤣🤣 Ergaa guddadha
@sahayisahayi626
@sahayisahayi626 2 жыл бұрын
Ijoolleen tuni Gaaraa Naa dhukkubsatee Ebbifama
@user-im9hn3gt5p
@user-im9hn3gt5p 11 ай бұрын
Nuufii jiraadha qeeroo oromoo koo haamtuni isiin hiin arginii qaali koo
@ayalewtamiruofficial5653
@ayalewtamiruofficial5653 2 жыл бұрын
Woww baay'ee barsiisaa dha galatoomaa
@marinamamo6587
@marinamamo6587 2 жыл бұрын
Isiniif hubannaa guddaatu kenname.jabaadhaa
@haanaasiijaladhaoromookoo4002
@haanaasiijaladhaoromookoo4002 2 жыл бұрын
Ebaa koo hojii kee moo ❤
@siinkaayyootube176
@siinkaayyootube176 2 жыл бұрын
Hannicho maatii naaf ta'uun ashaaraa kee tube kanaaf kaa'i.
@haanaasiijaladhaoromookoo4002
@haanaasiijaladhaoromookoo4002 2 жыл бұрын
@@siinkaayyootube176 ok
@siinkaayyootube176
@siinkaayyootube176 2 жыл бұрын
@@haanaasiijaladhaoromookoo4002 Eessarraati sanyiiko?
@tigisttamiru2907
@tigisttamiru2907 2 жыл бұрын
Ergaa guddaa qabaa ebbifamaa hadhoowwaan keenyaa
@taaddutube3200
@taaddutube3200 2 жыл бұрын
Jabadhaa ergaa gudaa qaba dhisii in boo'iin guyyaan in dhufaa
@chitochito8886
@chitochito8886 2 жыл бұрын
Wowowowowo bayyee Namati toluu jabadhaa
@radiyatullu552
@radiyatullu552 2 жыл бұрын
Kolfani mucuqi jabadhaa rabbii tokkochaa
@abaabju1783
@abaabju1783 2 жыл бұрын
Baayyee Bareeda
@urjioro1386
@urjioro1386 2 жыл бұрын
Ergaa ija'ibaa qaba ebifamaa
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 2 жыл бұрын
Uuuuufffffeee akkam namati toltuu dhugaa ebifama dacha Qaaqaliwaanko 🤣❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 2 жыл бұрын
*Wowowow Well Come Bagaa Nagaan dhuftaanii Qaliiwaankoo 💘💘💘💘💘💘💘♥️♥️♥️♥️💓💓💓💓🥰🥰🥰🥰💘💘💘💘💘🥰🥰🥰🥰🥰🥰*
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@koofiabdiijiraa6338
@koofiabdiijiraa6338 2 жыл бұрын
Wwwwwoo ebbifamaa qalii wani koo barumasasi qaba namas boharasa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please ko
@naafboongedefaa1710
@naafboongedefaa1710 2 жыл бұрын
Jabaadhaa qaxaleewwun keenya 😍😍
@waltejitola3337
@waltejitola3337 2 жыл бұрын
Woooo baga nagaan dhuftaan komediyaanoota keenya qaalii 😆😁😆😆😆😆😆😆😆😁😁😀😆😀😆😀😆😀😆😀😀😆😀😆😀😆
NAGAA JIRAATA:  GURMUU BOOJUU(MAGAALAA FINCA'AA)
8:23
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 241 М.
Sagantaa bashannana addaa Garee 'KOFIN' Waliin goone. kutaa 1ffaa
28:12
تجربة أغرب توصيلة شحن ضد القطع تماما
00:56
صدام العزي
Рет қаралды 59 МЛН
Now THIS is entertainment! 🤣
00:59
America's Got Talent
Рет қаралды 39 МЛН
EGEREE COMEDY: DIASPORA
17:49
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 124 М.
Tapha Gabaabaa Ayyaanaaf Qophaa'e: Gartuu KoFin
14:39
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 224 М.
Sagantaa addaa RiBUU Generation
8:20
RIBUU GENERATION
Рет қаралды 25 М.
[OBN 15 12 2010] Komedii Addaa Buzee fi Takkee Qophii Agaarroo Irratti Dhiyeessan.
11:54
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 364 М.
Hirkoo Kutaa 53 ffaa | Etv afaan Oromoo | #hirkoo #viral | Dm multimedia
16:39
FILANNOO | Kofin Comedy Ep 5
26:47
OBORO MEDIA
Рет қаралды 331 М.
WME - Wako | Kalaqan Art - Comedy
13:17
KALAQAN ENTERTAINMENT
Рет қаралды 386 М.
Nurmuhammed Jaqyp  - Nasini el donya (cover)
2:57
Nurmuhammed Jaqyp
Рет қаралды 321 М.
Alisher Konysbaev - Suie ala ma? | Official Music Video
2:24
Alisher Konysbaev
Рет қаралды 897 М.
IL’HAN - Pai-pai (lyric video) 2024
3:24
Ilhan Ihsanov
Рет қаралды 543 М.
LISA - ROCKSTAR (Official Music Video)
2:48
LLOUD Official
Рет қаралды 126 МЛН