Isqiyaas Mazammir - Oromiyaa OFFICIAL Music Video 2018

  Рет қаралды 317,499

Hiriya Pictures

Hiriya Pictures

5 жыл бұрын

Ethiopian/Oromo Music -Oromiyaa by Isqiyaas Mazammir. New Oromo Music video 2018
Lyrics: Tolosa Midheksa,
Girma Teshome and Eskias Mezemir
Cenimatography: Shimelis Tadesse
Directed by: Amensisa Ifa
Production: Hiriya Pictures
Copyright © Hiriya Pictures 2018
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Пікірлер: 352
@kaleabt623
@kaleabt623 4 жыл бұрын
Finally we got a National anthem for father land Oromia . Thank you 🙏 Ezkias
@otube6841
@otube6841 2 жыл бұрын
Father land👌
@selamyihun9623
@selamyihun9623 5 жыл бұрын
ውይ ውይ ውይ,,,,! አቤት ድምፅ አቤት ዜማና አዚያዜም! አቤት የቪዲዮው ጥራትና የመልክዐ ምድሩ ,ልምላሜ ,የወንዛወንዙ ውበት, የልጆቹ ቡረቃ መካተት...ላደንቅ ፈለኩ ግን ቃላት አጣሁለት! ደግሜ ደግሜ አሁንም ደግሜ,,,, ደጋግሜ ስማሁት ወደድኩት!!
@hgada7597
@hgada7597 4 жыл бұрын
Isqiyaas Mazammiritii fi Amansiisaaf...weelluu kana yoon dhaggeeffadhu akka nama oromiyaa guutuu naanna'uuttin of yaada. hojii guddaa hojjettan. guddaa galatoomaa jechaa waa siiniin jedha, mee weelluu kana yoo dandeessan nuuf dheeressiaa, akkasuma oromiyaa guutuu naanna'uuf yaalaa, dhugaadha gatii sin baasisuu mala, garuu seenaa guddaa akka keessanii darbitan hin shakkiin. gama kootiin waaniin danda'uun sinbira dhaabachuuf waadaadha. sin jaalanna, guddoo galatoomiaa. egaa gootni keenya weellisaan hangafa keessan Haceenis isiniin bakka buuseetu wareegame. nuuf jabaadhaa!
@seenaawakejirawary5999
@seenaawakejirawary5999 5 жыл бұрын
ክፉሽን ያርቅልሽ እናቴ ኦሮሚያ ስላንቺ ሳስብ እንባዬ ይፈሳል ፈጣሪ ይጠብቅሽ እናቴ ኦሮሚያ !ባዬ ሲንጃለዳ ያ ኦሮሚያኮ ምርጥ ነው !!!!
@user-cf6bf5gb1p
@user-cf6bf5gb1p 5 жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 enda anta ayenatu Gila gil yenor yihun. Ethiopia metlat 83tun beher berasboch metlat malet new lela menem tergum yelahum . Saw yale saw bado new . 😖😖😖zaregninet timbi new yegamel. Uuuuuupppphhhh😷😷😷.
@heywet
@heywet 5 жыл бұрын
محمد الروقي 👎👎👎👎👎 tezekzek 👎👎👎👎👎👎👎
@victoreugenepabunan7501
@victoreugenepabunan7501 5 жыл бұрын
❤️❤️❤️
@heywet
@heywet 5 жыл бұрын
Jermar Sarsonas ♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️
@seenaawakejirawary5999
@seenaawakejirawary5999 5 жыл бұрын
Thank you u guys I love 😘❤❤💚❤ Oromiyaa God bless Oromiyaa. I'm proud of you Oromiyaa ❤❤💚❤❤ Happy Oromiyaa ❤❤💚❤❤ Long life Oromiyaa mother land we love you so much Oromiyaakooo god bless you ❤❤❤💚💚❤❤❤👌
@DJEskesta
@DJEskesta 4 жыл бұрын
አሪፈ ድምፅ ዜማው ዋው ነው በአጠቃላይ ይሄ ልጅ የሄን ችሎታው እንዲጠቅምበት ንገሩልኝ እሚገርም ነው‼
@Eyoss
@Eyoss 5 жыл бұрын
What a great work! Thanks indeed Amensisa, Isqiyass and the rest ...! Amensisa , we have to see Oromia Vol.2, Vol.3, ... This should be a must my dear. Such works are more than reading many books. You should keep telling the story with just few minutes art! Thanks!
@aynalemtafesse5754
@aynalemtafesse5754 5 жыл бұрын
እስቄ በጣም አሪፍ ሙዚቃ ነው ቀረፃው በጣምምምም ያምራል አመንሲሳ በጣም ጎበዝ ዳይሬክተር ነው በርቱልን!!!!!
@tsehayregassa6853
@tsehayregassa6853 5 жыл бұрын
ዋዉ ዋዉ ልዩ ድምጽ፣ልዩ ሙዚቃ ፣ልዩ ቅንብር፣ልዩ መልእክት በተለይ ድምጽህ በጣም በጣም ያምራል እውነትም ትንሹ ጥላ ሁን እድሜና ጤናን ያድልህ! ደግሞ በዚህ እግዚአብሔር በስጠህ ቆንጆ ድምጽህ ዝማሬን ዘምረህ እግዚአብሔርን የምታመሰግን ያድርግህ አሜን።
@malkaaballootube813
@malkaaballootube813 5 жыл бұрын
Amen
@gaddisaolani6781
@gaddisaolani6781 5 жыл бұрын
Amensisa : you are number one!
@siinjaalladhaahaariimeetoo3419
@siinjaalladhaahaariimeetoo3419 4 жыл бұрын
Isqiyaas koo👍👄👄 naaf jiradhuu biyyaa koo oromiyaa naa yadachiiftee. Anii biyaa alaa jiraa imimaan koo qabachuu dadhaabee. Yaa rabbii kiyaa biyaa koo oromiyyaa ittii nagayaan naa debisii😭😭😨😨
@hirkokidanu7652
@hirkokidanu7652 5 жыл бұрын
Homaa jechuun hin danda'amu galatoomi amansiisaa vidiyoo bareedaa Kanaaf akkasumas iskqiyaas gumaacha kee Kanaaf hedduu sii galateeffanna
@zinasholani6128
@zinasholani6128 5 жыл бұрын
Amensisa Hiskiyas Tolesa Girma Wow! Kun Jalqabbiidha... Waan Baay'eetu Isinirraa eegama! Ulfaadhaa!
@billiseefayyeraa8054
@billiseefayyeraa8054 5 жыл бұрын
wawwoo garaa naa hamsitaanii! hojii bareeda oromiyyaa biyyakooo hamtuun kee dhabamaa hatatuu💚❤💚💋
@getentertainment11
@getentertainment11 3 жыл бұрын
ኦሮምኛ ባልችልም የአማርኛ ያህል እየነዘረኝ አዳመጥኩት። ኦሮምያ ኡፍፍፍ
@biqiltuuintalamaccaaftuula7934
@biqiltuuintalamaccaaftuula7934 4 жыл бұрын
Ufff sagaleen kee nama boochisa . baga dhiiga koo taate❤❤
@darartunuru5876
@darartunuru5876 5 жыл бұрын
oromiya koo siirra fagadhen jiirraa naggan naaf jiraadhu hamaa siiargutti ❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣
@mohammedebbu5490
@mohammedebbu5490 5 жыл бұрын
Esqiyas mazamir sagalee kee bayyee namatti tola.kana boodas waa hedduu sirraa eegna.bayyee si jaalanna nuuf jiraadhu
@nuriyehadji480
@nuriyehadji480 4 жыл бұрын
ወው በጠም ቆንጆ ሙዝቃ ነው።ኦሮምኛ ሙዝቃ በጣም ደስ ይላል።
@zedwelega
@zedwelega 4 жыл бұрын
@umutimohamed5429
@umutimohamed5429 Жыл бұрын
Really it’s beyond word to express my lovely Oromia ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Thank you brother!!!!!!
@wedajoduresa739
@wedajoduresa739 5 жыл бұрын
ለምለሚታ ኦሮምያ አገራቺን ለዘላለም ተከብራ ትኑር
@user-cf6bf5gb1p
@user-cf6bf5gb1p 5 жыл бұрын
😂😂😂😂Ethiopia le zelalem tekebra tnur. Ethiopian yemetala saw Egziabher atfalin.
@seenaawakejirawary5999
@seenaawakejirawary5999 5 жыл бұрын
አሜን
@muhammedahmed6796
@muhammedahmed6796 5 жыл бұрын
Wow wow akkasitti oromiyaa nuf farsuu keetiif galatoomi. baayyee bareeda dha
@bahibahi8616
@bahibahi8616 Жыл бұрын
በጣም የሚያምር እና የሚያኮራ ድንቅ ስራ ነው አንበሳ በዚው ቀጥልበት አቦ
@waliiftube9305
@waliiftube9305 4 жыл бұрын
ULFAADHU NI DALAGDE ATI(OOLMAA OROMIYAA HIMNEE FIXUU BAANNUS HANGA TOKKO OFIRRAA BAASTE WAAQ)....RABBI NU BADHAASEERA BADHASAA BARA BARAA 10Q ISQITAS...FOR YOUR WORK...I APPRICIATE YOUR WORK FOR EVER......I THINK ALWAYS PSSITIVE FOR MY REGION AS WEL AS MY COUNTRY...
@rahymarahyema7729
@rahymarahyema7729 5 жыл бұрын
Harmee too oromiyaa tiyaa rabin itii nuu haa galchuu biyaa bareduu Uuuuuuuuuuufffff😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
@teklukuma6724
@teklukuma6724 5 жыл бұрын
Dear Isqiyas, You are marvelous!
@amentefirdisa4042
@amentefirdisa4042 5 жыл бұрын
oromiyaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa lubbuu koo siifan laadha.
@kediramano9880
@kediramano9880 4 жыл бұрын
Wow nice song bayye tokko namati tola sagale keti bayye tokko nama gamachisa galatomi sanyii koo rabbi amale umir dheraa sifi hakenu Imiss u so much biyya koo oromiya harime tiyya!!
@fatamfatam347
@fatamfatam347 5 жыл бұрын
waani birraa birraa jedhuu umurii dheradhu sagalee ketifi bekumusaa kanani OROMIYAA💘💘💘💘😭😭😭💘💘BIYYAA KOO I LOVE YOU💘💘💘💘
@yusufmudi6250
@yusufmudi6250 5 жыл бұрын
Amansisa ifa jecha siif hin qabu atI goota, gootummaa waanuma qabanitti cimudhaan Saba ofii boonsuudha. siin boona.an kan dandeetti ke bare sirba maala jira hacce irraatti ,hojiin kee artii oromo keessatti addatti olbahee muldhata .baayee isiinirra eegna hiriyaa pictures. Iqiyaas sagaleen kee akkuma bishaa oromiyaatti suuta qaama nama keessa yaa.aHora na bulaa.
@assuba8001
@assuba8001 4 жыл бұрын
ኢሱ በጣም ነው ምንወድህ የኛ የአጫሉ ምትክ!!!
@birraasabaa3987
@birraasabaa3987 5 жыл бұрын
Yaa oromummaa yaa oromoo boohichaan garaankoo na dhukkubee akkam bareeda sagaleen kee . Namni vedio kana qindeesse naa jiraadhu jabaadhu hojadhuu umriin turi siin jaaladha .oromoo yoom boontee biyyaa kee irratti jiraatta
@lakykuneni5134
@lakykuneni5134 5 жыл бұрын
ዋው ቆንጆ እንጉርጉሮ ቆንጆ ሙዚቃ
@batutube4140
@batutube4140 5 жыл бұрын
አመንሲሳ ጀግና ነክ የኦሮሞን ባህል ለአለም ለማሳየት ደፋ ቀና የምትል ምርጥ ሰው ነክ። አቦ ሰላምክን ያብዛልክ ባለክ ለይ ይጨምርልክ።
@kololeebirbirsaa8038
@kololeebirbirsaa8038 4 жыл бұрын
Wowww Isqiyaas nufi jiraadhuu Oromiyya Oromiyaa Oromiyaa
@anwarh3285
@anwarh3285 5 жыл бұрын
Wow👏👏👏👏 what amazing production and song. Galatootaa
@asalafechbadasa4045
@asalafechbadasa4045 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuufffee Biyyaaaa koooo siyaadee gaalatomi Lecaa kenyaa
@kenofekede3523
@kenofekede3523 5 жыл бұрын
Beautiful song beautiful video 🔥🔥Jabaadha ijoolle keenya
@gato7763
@gato7763 5 жыл бұрын
wow isquye soft music ati sirbite miira adda namatti kaasaamii jabaadhu goota koo si waliin jirra
@burhanahmed1771
@burhanahmed1771 5 жыл бұрын
HARMEE TOO OROMIYA ALI BIRRAA HAMMA ISQIYAAS ISIN JALLADHA
@moisse5646
@moisse5646 5 жыл бұрын
Proud to be Oromian, lovely song, job well done bro, galatomi
@martindib4489
@martindib4489 5 жыл бұрын
Sabboonaa oromoo sagleen kee namaa bochisaa!!!!! I👍👍👍👍👍👍
@Aman-ks2zn
@Aman-ks2zn 5 жыл бұрын
" OROMIYAA".... Hojii gaariidha Jabaadhu .
@abrhamaleemu3546
@abrhamaleemu3546 5 жыл бұрын
አቦ እስቅያስ መርት ብቃት ያለህ ወጣት ነሕ ገና ብዙ ትሰራለህ ኦሮሚያ ፍቅር ለዘላለም ትኑር😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@onlylove9150
@onlylove9150 5 жыл бұрын
Wow oromia biyya abbaa koo 😍😍 hamaa kee nan dhageessisin
@ademaahmed7087
@ademaahmed7087 5 жыл бұрын
Harmee too oromiyaa yoomuu simaan boonna nuti ilmaan kee❤️💚❤️
@awekegetahun8201
@awekegetahun8201 5 жыл бұрын
uff what a magnificent work by our rising star Iskiyaas Mazammir. Oromiyaa:-Nice melody ,walaloo and directing ...love this song ..!
@Gibeee
@Gibeee 5 жыл бұрын
Mucaa kanaa namoonni walaloof Yeedaloo babbareedaa barreessuu dandeessan bira dhaabbadhaa hadaraa sagalee bareedaa qaba waan ta’eef, sirba Tilahun gassasaa "Akkam Nagumaa jedhu sana dhiheenya kana akkanni itti miidhagsee sirbe dhaggeeffadhaa Arti Oromoo guddisaa commentif like itti roobsaa Weedduu/sirba Oromoo dhaggeeffadhaa channel channel sirboota Oromoo maxxansan Subscribe godhaa horaa bulaa.
@gidiraashow5956
@gidiraashow5956 5 жыл бұрын
Shanan Gibe na dubbisi jedhii itti himi
@malkaaballootube813
@malkaaballootube813 5 жыл бұрын
Gaalatomii saanyii
@malkaaballootube813
@malkaaballootube813 5 жыл бұрын
@@gidiraashow5956 akkam bro
@onlylove9150
@onlylove9150 5 жыл бұрын
@@malkaaballootube813 waan ofii sirba bareeda nugumaachitee heddu galatoomi sirba kee koo ta'i jedhus hedduun jaaladha yeroo hunda irra deddebi'een dhaggeffadha warra walloo waan ta'eef naaf sirbiten seeha😃 dhuguman baana
@khairyisa7134
@khairyisa7134 5 жыл бұрын
Kiloole
@girmatadesse4029
@girmatadesse4029 5 жыл бұрын
Wow it's gorgeous music...in fact Oromia's tippickal treasury....I have on word to express this...I love so much...Iskias & u'rs friends...!!
@mahamadnoor6408
@mahamadnoor6408 5 жыл бұрын
Wo
@yusufmudi6250
@yusufmudi6250 5 жыл бұрын
Wow.this is adorable production . amansis ifa u are talented great guy thank u a lot & we expect more from u hiriya pictures.
@humnasakibratu
@humnasakibratu Жыл бұрын
😢this music made me crazy😢❤❤❤ Jaalala Oromiyaa nuuf ibsiteetta , faaruu Oromiyaa tahuu qaba ❤❤❤❤ thanks nama aartii Jabaa koo❤❤
@evamoha5724
@evamoha5724 5 жыл бұрын
Waw bayye nama tola oromiyaa oromiyaa biyyatiya, good job 👌👌
@samirahusen4513
@samirahusen4513 5 жыл бұрын
Woyi bareda biyya kena kana thanks for the song beautiful
@sahra4091
@sahra4091 5 жыл бұрын
oh my God, what a beauty and blessing it is. To listen to your song.
@kemalkedir4998
@kemalkedir4998 5 жыл бұрын
bayye si jalaana sagalee bareduu tanaa nufii jiradhuu sabonaa
@ebasaamente2838
@ebasaamente2838 5 жыл бұрын
To be honest,this video left me speechless. Amensiisa is one of the best photographer,editor and director our country ever had. Great job!
@AbrehamTesfaye-lx8lp
@AbrehamTesfaye-lx8lp Жыл бұрын
whar abour me eh??????
@kajiaahamadekedeahamade1863
@kajiaahamadekedeahamade1863 3 жыл бұрын
Oromoyyia biyyaa koo 😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo ko baayye sijaaladha biyya ko
@AlexoAdugna
@AlexoAdugna 11 ай бұрын
Finaly we gate National anthem for diverse mother land of oromia
@immortalsavagefighter5740
@immortalsavagefighter5740 3 жыл бұрын
omg that sound that lyrics that instrumental tho perfect bro keep it up bro
@eyobtafa38gmaile55
@eyobtafa38gmaile55 2 жыл бұрын
Wow yamuu sirbaa kanaa dhagahuu kesii ko bayee gamadaa bayeen jaladhaa aboo jabadhuu Namaa akka ketii qabachuu kenafaa bayee gamadaa kanuman iti fufii ufffa you are my numb 1#
@ebisekaa11
@ebisekaa11 5 жыл бұрын
Uuuuuufffff oso biyya bareddu kan qabnnu biyya ormatti rakkanna 😢 Galtoomii weillu baredafi video bareda ❤❤❤👌👌
@dagimendale6810
@dagimendale6810 4 жыл бұрын
not music, it is song! heart breaking and breath taking song
@Mustafaa2012
@Mustafaa2012 4 жыл бұрын
Wow very beautiful Music Video💯 Great work well done. Keep it up 👍
@gmwcanada9910
@gmwcanada9910 4 жыл бұрын
Keep up the good work, Isqiyaas!! This is a great song!
@bekiayele1553
@bekiayele1553 4 жыл бұрын
WOOOOOOOOOOOOOOOOOOW OROMIA BEAUTIFUL PLACE
@abdia60
@abdia60 4 жыл бұрын
You are the best director. Thank you for uplifting Oromo Arts
@jeylanhassan7739
@jeylanhassan7739 5 жыл бұрын
Baayye Muziqaa Namatti toludha Galatoom Isqiyaas
@AmenThankful4Everything
@AmenThankful4Everything 4 жыл бұрын
Hedduun jaalladhe sirba kana aboo..❤️❤️❤️❤️
@kilole7690
@kilole7690 5 жыл бұрын
Ol qabanii dhaloota biyyasaanii Addunyaatti mul'isan kana nuuf kennuusaaf waaqayyo haa galatoomu! fayyaa ta'aa Isqu fi Amansiisaa !
@desalegnbeyene1598
@desalegnbeyene1598 5 жыл бұрын
This is a miracle music to express more and more about our mother land Oromia. Really it is a great work. Thank you Iskiyas.
@lubusalam
@lubusalam 5 жыл бұрын
Whata beautiful visual!!
@abenezerdinbasha4546
@abenezerdinbasha4546 5 жыл бұрын
wooow waan baayyee nama aja'iibsiisuudhaa galatoomaa
@Ragnar21
@Ragnar21 5 жыл бұрын
Wow 👌 i don't have word for this clip❤ Ni dandessaa itti fuffii wow just wow 🙆‍♂️
@mosinisidarba6057
@mosinisidarba6057 5 жыл бұрын
OROMIA ❤ Harmee too Haacaaluu Hundessa (Jirtuu) Isqiyaas mazamir (oromia) Jireenya shiferaw (ኦሮሞ ነኝ ኢልመ አባ ገዳ) Sa'ad Awwal (Master Plan) Yoosan Getahun (Essa jirta?Nadhi gammada) Gootowwan oromiyan horte Nakeesaa jirtan ❤
@batutube4140
@batutube4140 5 жыл бұрын
እዝቂያስ ምርጥ ስራ ነው በርታ።
@foffof7277
@foffof7277 5 жыл бұрын
Wow wow baye namati tola dhuga jabadhu sanyi koo
@hasenabdulkadertilmo2674
@hasenabdulkadertilmo2674 4 жыл бұрын
wow what a song!!! Really it`s heart touching
@abdurazakjima6148
@abdurazakjima6148 5 жыл бұрын
baaye namati tola jabaadha....special wow for videos
@dechasasekatatesgera7610
@dechasasekatatesgera7610 5 жыл бұрын
I like it. Thank you all who have contribution on this music.
@semirahaji6449
@semirahaji6449 5 жыл бұрын
Horii Buli, Oromiyaa too . Oromiyaa Oromiyaa ...!
@oronahili2569
@oronahili2569 5 жыл бұрын
Kana baqaa sagalen 😘
@Kombe2012
@Kombe2012 5 жыл бұрын
Galatoomaa wallisaa, barreessaa, walaloo, muuziqaa, waraabbii haga deegarsa yaadaati warri viidiyoo kana nuuf dhiheesitan martinuu.
@hirpaworkineh3603
@hirpaworkineh3603 4 жыл бұрын
sirba heddu natti tolee dha.
@etsgenetyemariamlej6610
@etsgenetyemariamlej6610 5 жыл бұрын
Sagaleee kee baay'een jalladha waan ofii koo nuuf jiradhuu ❤❤❤❤💋💋💘💘💘💘waawwww
@IbsaIlmi8464
@IbsaIlmi8464 5 жыл бұрын
Bayyee bareeda ammasi haaluma kanani jabadhuu itti fufii
@alfiyayaba3819
@alfiyayaba3819 5 жыл бұрын
Harmee to oromyaa si jaladhaa ❤️
@sululta478
@sululta478 4 жыл бұрын
Oromia ❤❤❤❤
@oromiyaabiyyaakoonibilisoo5168
@oromiyaabiyyaakoonibilisoo5168 5 жыл бұрын
wawaawoo jabadhuu saanyi koo bayyee namati tollaa
@hordofaguutuu8901
@hordofaguutuu8901 5 жыл бұрын
Isqiyaas koo sagalen kee dammarra mia.waa nuf jiradhuu maloo kana calaa akka jabattu abdii qabnaa isqee koo namonni bekumssaa qabdan cinaa dhabadhaa oromummaf jechaa galatomaa
@soolankebede3482
@soolankebede3482 3 жыл бұрын
Oromiyaa❤💚❤
@ebbanberoda5723
@ebbanberoda5723 4 жыл бұрын
I hear many song chanted about Harmee oromiya , this is unique with Isqiyas kiloolle sound.
@olbaanaaxombora6831
@olbaanaaxombora6831 5 жыл бұрын
amansiisaa rabbii ammas hubannoo kana caalu siif haa kennu.lafa akkas jiituu magarisa kanarratti sabni gaafa beela'ee,daaree qullaa buusu safu guddaadha.ogummaan aartii siif galeera jabaadhu.daa'imman uffata ciccitaan figan sun haala yeroo ammaa ilmaan oromoo itti jiru sirritti bakka bu'a.hiyummaa saba keenyaa cinaatti dhiisani jaarmiyaaleen siyaasa wal morkiitti jiru. kun safuudha.amma danda'ame kanarra waan golli oromiyaa keessa jirtu dalaguu itti sufi. Isqiyaas heedduu si jaallamnna sagalee kee slow/lallaafaa kanaan onnee nu seentettaa jabaadhu. horaa buli haadhoo koo
@user-vc2zr6yz4m
@user-vc2zr6yz4m 5 жыл бұрын
Rabiyaawel
@user-vc2zr6yz4m
@user-vc2zr6yz4m 5 жыл бұрын
Eyeebasyeegaraa/ namaanyaattaa//nuufjabaadhuurabbiini(ijaahaamtuuraasihaaeguuuuu)
@user-pd5io1kh5p
@user-pd5io1kh5p 5 жыл бұрын
Waaa hedduu namatii tola😍😍
@nohakeyrouz9768
@nohakeyrouz9768 5 жыл бұрын
Olbaanaa Xombora hacaluu
@lemabelay3529
@lemabelay3529 5 жыл бұрын
I love u oromiyaaaaa🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
@samsungm1268
@samsungm1268 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@mariamatyope2908
@mariamatyope2908 4 жыл бұрын
ውስጤ ነህ ኑሪልኝ
@kiyyaarobaa8720
@kiyyaarobaa8720 5 жыл бұрын
Oromiyaa harmee 😍😍
@mohammed-husseinkasim3537
@mohammed-husseinkasim3537 5 жыл бұрын
GREAT SINGER!JABAADHU AKKA ATI WEELLISAA JABAA TAATE SAGALEE TEE TAN GAAFA DURAA DHAGAYEEN TILMAAME.EEGAA GURBAA KANA JEDHEE HIMADHE.
@tiyab1168
@tiyab1168 5 жыл бұрын
On repeat all day😍😍😍 harmekoo Oromia.
@abdulchota7313
@abdulchota7313 4 жыл бұрын
It very interesting music! When I was listen this song oromiya come my main we all Oromo people love you !!!
@obseeabbaashee3974
@obseeabbaashee3974 5 жыл бұрын
oromiyaaa💕💔 biyyaa tiyyaa
@naninaninassah7558
@naninaninassah7558 4 жыл бұрын
😍😭❤️❤️❤️💕❤️❤️❤️💕❤️❤️❤️💕Wayi Harmee too Oromiyaa biyya dhaloota koo ati maqaan keetuu naaf addaa!!! Yoomiyyuu bilisummaa, nagaa, guddinaaf dagaagina siif hawwa an ilmi kee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@tirunehrebuma9509
@tirunehrebuma9509 5 жыл бұрын
Wow, sagee kiilolee fi walaloo gabbataa, Amansiisaa kiyyaa galatoomi , Iskeenis guddadhu
@nimonagetachew1040
@nimonagetachew1040 4 жыл бұрын
Jiraadhu Dagaagi Isqoo kiyya
@warioteresademe4205
@warioteresademe4205 5 жыл бұрын
wow bayyee namatii tollaa .................maal jedhee akka ibsu hin beekkuu
Iskiyas Mezemir: Naa Kottu. Best Oromo slow music. New Oromo Music
5:36
Ali Birra - Ushuruururuu - OFFICIAL Music Video 2018
5:01
Hiriya Pictures
Рет қаралды 2,3 МЛН
Mom's Unique Approach to Teaching Kids Hygiene #shorts
00:16
Fabiosa Stories
Рет қаралды 32 МЛН
Gym belt !! 😂😂  @kauermtt
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 16 МЛН
Alex hid in the closet #shorts
00:14
Mihdens
Рет қаралды 14 МЛН
Haacaluu oromiyya tiyya!!
6:40
Malkaa Milkii
Рет қаралды 931 М.
Jiituu oromiyaa jiituu
4:34
Choman Tube
Рет қаралды 38 М.
Eskiyas Mezemir - Koo Ta'i - New Ethiopian Music 2017 (Official Video)
6:08
Hope Music Ethiopia
Рет қаралды 378 М.
Salamoon Dannaqaa - Oldies Oromo Music
5:11
Hiriya Pictures
Рет қаралды 188 М.
Eskyas Mezemir -Siidaa Gootaa -New Ethiopian Oromo Music 2020(Official Video)
3:58
isqiyaas mazammir naa kottuu
5:28
naol ayele
Рет қаралды 109 М.
HACAALUU HUNDEESSAA -  OROMIYAA TIYYAA - Lyrics
6:24
BEKHA FILMS
Рет қаралды 233 М.
Gutu Abera-Hawanawa-New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video)
4:53
Vision Entertainment
Рет қаралды 4 МЛН
KeshYou x Snoop Dogg - Forever Sunday (Official Music Video)
3:06
BM PRODUCTION
Рет қаралды 135 М.
Alisher Konysbaev - Suie ala ma? | Official Music Video
2:24
Alisher Konysbaev
Рет қаралды 1,1 МЛН
Malohat
3:35
Xamdam Sobirov - Topic
Рет қаралды 1,2 МЛН
Munisa Rizayeva - Aka makasi (Official Music Video)
6:18
Munisa Rizayeva
Рет қаралды 11 МЛН
Jaloliddin Ahmadaliyev - Kuydurgi (Official Music Video)
4:49
NevoMusic
Рет қаралды 9 МЛН