Jaalalamoo Barnootatu Caala?

  Рет қаралды 12,607

Oromia 24

Oromia 24

3 жыл бұрын

0937386564 Telegramin Barreeffaman ykn Sagaleedhan Kallacha Kaawwadha Galatooma

Пікірлер: 122
@imabettosla8920
@imabettosla8920 3 жыл бұрын
Barnonii Darbee Hin qabuu Fedhiini jirananii Aniyuu Colejjii Dhisee Biyaa bahee Gafaan gaalemoo Barnotaakoo Itiifufaa💪💪💪
@imabetiidarajee4231
@imabetiidarajee4231 3 жыл бұрын
Jabadhu rabbii si ha gargaru
@imabettosla8920
@imabettosla8920 3 жыл бұрын
@@imabetiidarajee4231 Ameen Ameen Hadhoo Walumaan Rabbii Bakaa yanee nu hagahuu
@makishashelove3527
@makishashelove3527 3 жыл бұрын
Anis 9 dhise birra dhufe jirra jalali jiranani barachun nama hin dhubu Ama Yoo Rabbi jedhe yo gale barchu hedaa
@ayshahalek7563
@ayshahalek7563 3 жыл бұрын
Jaalalee kee siif woyya barumsa fedhii qabda taanaan bultii kee ijaaratee barumsa keetis itti fufuu Ni dandeessa
@fatimagannaislama339
@fatimagannaislama339 3 жыл бұрын
Obolessa kenna jalalee kee dhabur bulati kee ijaratee bulati ijarun borata nama hin dagesu lamenu hojiraa olchu ni dadetaa kayoo kee galaman gayuu ni dadeta Abdi qabadu malee. Rabbi sifi haa gutuu jabadhu Gamee galatomi ✅
@mettaamedia4085
@mettaamedia4085 3 жыл бұрын
WELCOME oromoo24 like tuqa mee warrii laltaanii 😍
@hawibest7572
@hawibest7572 3 жыл бұрын
Obllessako duraa Barumassaaa ke barradhuuu garuu dhuguma jalalafii jettee barumasakettii hinqaladin barumassake si wayyadhuga rabiii galatomi ❤❤
@nuraatub4216
@nuraatub4216 3 жыл бұрын
Wcam💞💖❣️ bagaa ngana a dhuftan💞💖❣️💞 ishe amsistee barnotaa ketii oso debit ❣️💖💞namatii tolatureyvu 💞💖❣️ bultilee jaratee barusaa ketii debiusii nidadetaa 💖💞❣️garmaa ratu karaa garii natii fakatee yadaa kiyati💞💖❣️💖 N. 💞U❣️💞💖25💖💞
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 3 жыл бұрын
Obbolesaakoo dhugaa Walii galaatii Manaa Hojii Baniitii Isheen haa hojetuu atimoo Barnotaa Kee bataadhuu ♥️♥️♥️♥️❤️❤️❤️❤️✅✅✅✅✅💪💪💪💪💓💓❣️❣️❣️
@eyoshaleyosh5469
@eyoshaleyosh5469 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftee Gammee ♥️♥️♥️
@hshdjsjjdj4589
@hshdjsjjdj4589 3 жыл бұрын
Mashallah baay'ee namatti tola . Hiriyaa kee hin dhiisin jireenyaa keessan ijaarradha. Jireenyaa kee jiraata barnoota kee itti fufuun ni danda'ama ulfaatus isheen si gargaaru dandeessi waan si jaalattuf.
@oromofrst5521
@oromofrst5521 3 жыл бұрын
Baga nagaan dhufte
@2club397
@2club397 3 жыл бұрын
Jalala kee sifi woyya💍
@hawiiabdii4446
@hawiiabdii4446 3 жыл бұрын
Obolesa ko akuma oblessi kenya gammen jeedhe gara biyyaa galttan bullti kessan dhabatan feedhi barnota qabda tani barnota kee itti fufuu hin dadesa kanrati Murrti garra ketti situ beka 🙏🙏💘💘🥰
@naftanaanatianissiftaa5554
@naftanaanatianissiftaa5554 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte
@hanaginchi6105
@hanaginchi6105 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
@Dink7
@Dink7 3 жыл бұрын
Welcome game Channel barumsa guddaa irraa argattaan qabadhee isiniif dhiyyaadheera. Subscribe gochuun maatii naaf ta'a
@oromitiiintaallaaamboocell5715
@oromitiiintaallaaamboocell5715 3 жыл бұрын
Bagaa naganii dhufitannii❤❤❤
@bachokhoury852
@bachokhoury852 3 жыл бұрын
Bagaa nagan dhuftee gameeee
@nannatilove1480
@nannatilove1480 3 жыл бұрын
Anii garuu akka yaada tiyatii fudhan barachun bayyee ulfataa anii hawwii tiyaa barumsa futte darbe hin qabu barumsii darbe hin qabu garuu !!!!!
@almasalemu5487
@almasalemu5487 3 жыл бұрын
Well came Game
@hinqaalatimaleedhugaahinci1113
@hinqaalatimaleedhugaahinci1113 3 жыл бұрын
Baga nagaan dhufte gammee. Biyyaati Galii Gaa'eel kee ijaraadhuu booda barumsaa kee itti fuftuu Dandessaa mali8 rakko Qabaa ree Lachuu Waal fanna Deemuu in Danda'ammaa. Yoo kuni hin tanee immoo Barumsaa caala itti fufii
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 жыл бұрын
Well Come Gammee 💕💕💚💚💚💓💓💓💕💕
@husnalislaam2375
@husnalislaam2375 3 жыл бұрын
Wan heddu nu barsisa jirta jabadhu galatomi
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 жыл бұрын
Wel come gammee
@makiyaashawaa2999
@makiyaashawaa2999 3 жыл бұрын
barosii yoo umurin jiratee hin baratama jalalee kee arguu dhadee tanani sana jirenyaa kee gututi kanafu jalalle kee wajin jirenya godhadhu
@hawibest7572
@hawibest7572 3 жыл бұрын
Wayyii mana dhabumo yo rabi kanikedhaaa jedhee male atii jalattefi bichaaa mittii carraa baranotaaa offii hin dabarassin ok lubbu
@kamiilaamuhammad3630
@kamiilaamuhammad3630 3 жыл бұрын
Barusaa Baraadhuu Bodaa Futaa
@namoowallagaa848
@namoowallagaa848 3 жыл бұрын
Welcome
@jiitunasrii1739
@jiitunasrii1739 3 жыл бұрын
Jallaa wayaa abdiiko
@nuriyaarabbii8691
@nuriyaarabbii8691 3 жыл бұрын
Dursaa Barnootaa filadhuu jedhanii jaalalii yeroo malee kan waal dhabuusi gutee kanafuu yoo dhugaan sii jaalatii ta'ee akka fedhii kee siif gutuu shiiki tokkoo hin qabuu kanafuu isiin naa dhabdaa jechuu osoo tanee sii jajaabesuu qabdii kanafi atii dafii Barnootaa keeti deebi'ii siin jedhuu barbaada
@rheemarheema8408
@rheemarheema8408 3 жыл бұрын
Yaa obboleesa ko jatii yo futee barusa baratuu si hi dhogoo fudhii kara biyya galii baradhuu jabadhuu
@bareduuoromoomakuuraa1299
@bareduuoromoomakuuraa1299 3 жыл бұрын
Bagaa nagaanii dhufaatee
@kuwait1071
@kuwait1071 3 жыл бұрын
Well come
@halimaadhami1638
@halimaadhami1638 3 жыл бұрын
Jalqaba bultike ijaari kaii barumsa ketti debi i sammunke jaalala isheetin tuqamera waan t Atef
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 жыл бұрын
Anna haa dhuffu jenerra kaa 🙋‍♀️🙋‍♀️bagga naggan dhuffte atti🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@astuusifamayuuabdinjirawaq257
@astuusifamayuuabdinjirawaq257 3 жыл бұрын
Yaa obolesaa koo Baradhuuyoo bartee garidha jirenyaa kee bodee ittii fufii jalaleeni kee yoo amaa atii Barnotaa kee xumurtuuti sii haa heduu yoo sii hin eguu jete sii didee amoo haa dhiftuu malif iree kee wanii hin dhabnefii rabii iree ke sii hin dhowatuu kanafii baradhuu ama rabii umurii sif kene lafa kana jiratuti senaa toko hojadhu dhalonii boruu dhufuu amoo sira Barnotaa argaata namotaa heduu sanii yoo ilaluu jirenyaa dhufaa sanii dhisanitii senaa hojatanii lafa kayatanii darbuu barbaduu wani ta,eefi atisii amaa sif dadamee senaa toko osoo kayatee erganii sif qaba Sababinii sasii garanii abaa walii dutii Senanii namara hin Batuu
@dinqeekananii8852
@dinqeekananii8852 3 жыл бұрын
Bulti ijàarradha yoo rabbii sin milkeesse haala barnoota waliin mijeeffattu jedha ani
@imabettosla8920
@imabettosla8920 3 жыл бұрын
Gaamachisii jabbaa namaa galatomii😘😘
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 3 жыл бұрын
Anilee Akkumaakee kanaatii Obbolesaakoo 😭😭😭♥️♥️💓💓💓
@senashiferawa8689
@senashiferawa8689 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffff hin olfataa garuu akkasuma obsan garaa barumsa keeti cayii akkaa yaada koti kuni
@sabotuuoromo5550
@sabotuuoromo5550 3 жыл бұрын
buliti ijradhuu 🥰🥰
@buzobuzo1627
@buzobuzo1627 3 жыл бұрын
Well come game❤🧡💛💚💙
@aberumijana8210
@aberumijana8210 3 жыл бұрын
Welcome Oromira24 👍❤️💚❤️
@ajmanturkey9541
@ajmanturkey9541 2 жыл бұрын
Bultii horadhuu booda galii baradhuu wolii galte yo qabtan hundu salpha waan ta ef
@husnalislaam2375
@husnalislaam2375 3 жыл бұрын
Barumsi dabare hin qabu jalalen garu si dabite boda argachu dhabda ta'a
@husnalislaam2375
@husnalislaam2375 3 жыл бұрын
Garu messenger Telegram mali hin laltu???
@AAa-gp4jk
@AAa-gp4jk 3 жыл бұрын
Anis Hawwii Barnoota Qabaa Gallee Barachufii yaddaa 😊 Anii Akkaa yaddaa Kottii ishee fudhii
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 жыл бұрын
Jaalalee sif wayaa barnootaa boruu barachuuuu dandesaa
@bellasirata4704
@bellasirata4704 2 жыл бұрын
MyGod,
@jamaneshbalay205
@jamaneshbalay205 3 жыл бұрын
Well come game
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan nuuf dhufte Oromia24/gammee biro 🤝❤️💚❤️ Barnootta wayyaa.
@zainabsefu8336
@zainabsefu8336 3 жыл бұрын
Yanniko akka gammachis jedhe
@senaaoromoo6150
@senaaoromoo6150 3 жыл бұрын
bulutii dhachuun baranootaa sii dho'uu
@kimiyaahmad7947
@kimiyaahmad7947 3 жыл бұрын
Welcome oromia 24❤💚❤
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Osoo baraatee jirateeAyiii yaa bro koo 😢
@obseeshow9855
@obseeshow9855 3 жыл бұрын
WEl CAME oromia 24 ❤️💚❤️
@seenakaayyoofi677
@seenakaayyoofi677 3 жыл бұрын
Lamanuu filatamoodha garuumo kaa walamaa yaaduuni hin ulfaata malee jalalekee kanaa hin dhabiini yaa obbooleesako
@imabettosla8920
@imabettosla8920 3 жыл бұрын
Jalalatuu Calaa Barnotaamoo Waqayyoo Akaa atii waa bektuu sii tasiseraa yo ta'ee utuu baratinuu bilinaraa ta'uu dandesaa Kanafuu Jalalatuu calaa jedha Anii😃😃😃🙂🙂
@husnalislaam2375
@husnalislaam2375 3 жыл бұрын
Jalale fi barumsa keetis oso qabate sif heddu barbachisadha obbollessa kiyya rabbin hunda sif ha lafisu Abshir
@SamsungG-bf6jn
@SamsungG-bf6jn 3 жыл бұрын
Buliti kee dhabadhuti Barinnootaa keesi jaliqabi ishii amasinsiti
@husnalislaam2375
@husnalislaam2375 3 жыл бұрын
Miseji kiyya malif hin lale?
@abrasedeme3153
@abrasedeme3153 3 жыл бұрын
Tokkofaa anatuu lalee
@tamirutadesse6428
@tamirutadesse6428 2 жыл бұрын
bultii kee ijaaradhuu sana booda barumsaa keeti deebi'ii bro
@dnnssdnjsnd5811
@dnnssdnjsnd5811 3 жыл бұрын
Jalalekee fana wali galati lachu barbachisadha ishi hamasisu yalii
@eyoshaleyosh5469
@eyoshaleyosh5469 3 жыл бұрын
Obbolleessa koo barumsii yommii iyyuu darbee hin qabu yoo amma barumsa keeti deebite jaalalee kee kana dhabu dandeessa kanafuu bultii kee dhabbadhu booda barumsa keetti fufii.
@shumaorotubbe9234
@shumaorotubbe9234 3 жыл бұрын
Woyyo akkuma kiyya tate obbolesa koo 😢😢😢😢😢
@madinaa1452
@madinaa1452 2 жыл бұрын
Usii jedhii ama bodaa maal sif godha mana kee bultii kee ijaarii 🤔🤔🤔🤔
@husnalislaam2375
@husnalislaam2375 3 жыл бұрын
We gamiye
@obsewallagga6957
@obsewallagga6957 3 жыл бұрын
Jarti kee fudhi hhhhh barumsa amma yona sammu kee keessa jira tanan fute boda barachun ni danda'ama 😍😍😍
@sifaamamiyyee3306
@sifaamamiyyee3306 3 жыл бұрын
Oboleessaa koo jalalii barumsaa namaa hin dhorguu jalalee kee fudhii yoo galtee barumsaa kee ittii fuftee barchuu dendetaa kanafuu wolii fudhuun barumsaa namaa hin dhorguu jedhaa anii
@darartuuhamzaa9622
@darartuuhamzaa9622 3 жыл бұрын
Waaaw
@hawitaddasa4200
@hawitaddasa4200 3 жыл бұрын
Na dubisi mee lakkofsa silkii kee naf ergii darartu
@darartuuhamzaa9622
@darartuuhamzaa9622 3 жыл бұрын
@@hawitaddasa4200 ok
@darartuuhamzaa9622
@darartuuhamzaa9622 3 жыл бұрын
@@hawitaddasa4200 fcb kee linkii godhii as jal
@hawitaddasa4200
@hawitaddasa4200 3 жыл бұрын
@@darartuuhamzaa9622 eshii sin egaa
@darartuuhamzaa9622
@darartuuhamzaa9622 3 жыл бұрын
@@hawitaddasa4200 o550657054 wtsphiitiin kotuu
@tigistyeeysuuslijgetayebar5630
@tigistyeeysuuslijgetayebar5630 2 жыл бұрын
Barusii gala godhadhu barusa galgala baradhu guyaa hoji ojedhu Lama kessaniwi hojidha guyaa guyaa atii barusakee galgala galgala iti fufi
@mixmax4464
@mixmax4464 3 жыл бұрын
Galatomi gamee
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 3 жыл бұрын
Kuni malii sii rakkisiireechaa? Bali'see yaduu dadhabuu ketii . Bulitii jirachuun bornootaii gufuu hin ta'uu. Ammaa jaalatee wajjiin bulitii dhabadhu. Boda nama dhugaan nama jaalatuu Argachuun ni ulfataa.
@fetyanaser2785
@fetyanaser2785 3 жыл бұрын
Duraa.wolii.gala.mana.ijaradhu.ka.ii.barumsaa.jamarii
@rabiyaajaan4717
@rabiyaajaan4717 3 жыл бұрын
Jalalee dura yoo dhabdee inni booda jalalaa sif hin ta.uu garu jaalale isi duraa hin dhissi fudhii waajin jirtaa barumsa keetis itti fufuu dandesaa
@jamilauseeniok7610
@jamilauseeniok7610 3 жыл бұрын
Baroni kefii hiryaa kee Gafadhuu yokani sosobadhuu ishee sani bodaha jalalee kefii barotaha kefii hin Yadinii
@jamilauseeniok7610
@jamilauseeniok7610 3 жыл бұрын
Yadii
@rehiimabintmuhammedtube4489
@rehiimabintmuhammedtube4489 3 жыл бұрын
Jallale kee sif woyya
@warqiimuletaa1127
@warqiimuletaa1127 3 жыл бұрын
Isiin lachuu baradhaa
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 3 жыл бұрын
Barnoti darbaa hin qabuu jalalee kees hin dhabini wali galati fudhimaa barnotaa kee iti fufi baradhuu an nama baratuu bayen jaladhaa fudhimaa keti yoo sif dadamee baradhu
@abutalang59
@abutalang59 3 жыл бұрын
Odu kuni jalalaee ke woyaa
@kiyyalove7181
@kiyyalove7181 3 жыл бұрын
Obbolesa ko jaalale ke fudhii barumsa fedhii qabdaa tanani barachuu hin dandesaa. ABA mana obboletti kotii ijolee 2 ittu qabuu barumsa isaa barata jiraa kunimo fakkenyaa siif ta'aa jedhen yadaa ,
@Mohamod-sl5sy
@Mohamod-sl5sy 3 жыл бұрын
😂😁
@kalidjibiril9212
@kalidjibiril9212 3 жыл бұрын
Siluma utu jalala barumsaa qabatee jalalati hin galtuu turee amma mo egaa jalala ti galtee bulti ijarates barachuu hin dandesa
@miimm5637
@miimm5637 3 жыл бұрын
Obolesa kiya Abdala hundayu hini dadesa yoo kayo qabate bulti ijarachuni barnota sii dhorgu barnonile bulti ijarachu sii dhorgu hundu kayo yoo ati qabate hini taya oke yani koo kana fakata
@hawwiitarreessaa6363
@hawwiitarreessaa6363 3 жыл бұрын
Akkataa garaa biyyaattii debitee barachuu qabduu mijesii, kanaa yoon siin jedhuu garuu ishee fanaa adaan ba’ii siin jechaa hin jiruu maal gochuu akkaa qabduu gameenuu toftaa jiruu siif imeraa jalaleen kees jalalaa kee Osoo qabduu maliif akkaa attii hin baranee barbadii sii jabeesitee akkaa attii baratuu sii gargaruufi sii jabesuu qabdii
@hassanjalloul6797
@hassanjalloul6797 3 жыл бұрын
Yeroo hundumaa bilbila imo kee si gaafadheen ture lakkoobsa kee nuuf mxansi
@Oromia24
@Oromia24 3 жыл бұрын
Description jela jiraam 0937386564 Telegram
@kiyyaatadele1187
@kiyyaatadele1187 3 жыл бұрын
Obboleessa koo ati fedhii barnoota qabdaa tanaani barnoota keeti deebi'ii baradhuu gammee ani immoo gaaffiin sii gafadhaa jedheeni dhifamaa garuu anisi fedhii barnootan qaba maloo gammee barnoota fagoo waal na qunamsisii ani lakkoofsaa isaani argachuu hin dandenyee maloo gammee adaraa kee gammee yoo argaate asumaa jelaati naaf barreessi
@oromofrst5521
@oromofrst5521 3 жыл бұрын
Anatu durse
@nasruhuseen5502
@nasruhuseen5502 3 жыл бұрын
Obboleessa koo kun rakkoo hin qabu akkuma abbaan chaanaala Kana je.ee kana yaanni koos
@Dink7
@Dink7 3 жыл бұрын
Channel barumsa guddaa irraa argattaan qabadhee isiniif dhiyyaadheera. Subscribe gochuun maatii naaf ta'a
@damitudamitu424
@damitudamitu424 3 жыл бұрын
kankoo dhogadhu godhadhu si haa barsifatuu garuu jeelqabaa kawoo kee itti himii yoo dhugamanii wolli jalatani taee isini barumasa keeti si jabesiti
@zariyeeamadiin714
@zariyeeamadiin714 3 жыл бұрын
Jalalee tatee hin dhisinii fudhiibm baradhuu
@salehamustafa950
@salehamustafa950 3 жыл бұрын
Ani wana iti dabalu hin qabu Gorisa Game 100%100 fudhadhu Game gotaa Oromo galatomi
@rehiimabintmuhammedtube4489
@rehiimabintmuhammedtube4489 3 жыл бұрын
Yoo barnota tahe ergga bullti godhate boda barnota iti fufu ni dandesam
@roozaaraggasaa9736
@roozaaraggasaa9736 3 жыл бұрын
Fuudhi waali gala baradhuu
@dirribeebatiruu8868
@dirribeebatiruu8868 3 жыл бұрын
Fudhiti barumsa kee itti fufi garu jalale tee hin dhisni jaalala keessan waqayyoo isni yaa jabesu
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 жыл бұрын
Jalallee Kee fudhii Sana bodaa barumsaa kee itti fuufi
@biftuuoromoo4522
@biftuuoromoo4522 3 жыл бұрын
Siin lachuu baradha ansii barumsaa xumuruu kee addaan kutee amaa bara dhufuu fedhaa waqayyoo waalin dibiyyeen baradha anillee irryootaa koo illalee addan kutee
@alamituugiree2461
@alamituugiree2461 3 жыл бұрын
Fudhii bodaa baradhuu
@rehiimabintmuhammedtube4489
@rehiimabintmuhammedtube4489 3 жыл бұрын
Addara anis senna koo ifssachu nan barbada
@Dink7
@Dink7 3 жыл бұрын
Welcome game Channel barumsa guddaa irraa argattaan qabadhee isiniif dhiyyaadheera. Subscribe gochuun maatii naaf ta'a
@horotube2302
@horotube2302 3 жыл бұрын
1bulti 2baaruumsa laashuti fuufi
@buzuabdi182
@buzuabdi182 3 жыл бұрын
Jaalale kee fudhii .maliifin dura wanii barumsaa sii jibisiise hiriyya kee dhabudha .kanaafuu yoo barumsaa jete jaalale kee dhiiste akkuma jete kani baay'ee jaalatu tanani ofii kee dhabdaa
@rozahuseenarsii9808
@rozahuseenarsii9808 3 жыл бұрын
Fudhii barumsalee itii fufii
Nyaachuus Nyaatamuus Dideen Jaallatame
19:26
Oromia 24
Рет қаралды 32 М.
A little girl was shy at her first ballet lesson #shorts
00:35
Fabiosa Animated
Рет қаралды 3,7 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
00:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 11 МЛН
Does size matter? BEACH EDITION
00:32
Mini Katana
Рет қаралды 20 МЛН
🤔Какой Орган самый длинный ? #shorts
00:42
چگونه پیامبر اسلام عاشق عروسش گردید؟
14:55
Ciminnikee Sireerratti Qofaadha
10:06
Oromia 24
Рет қаралды 8 М.
Dhiigaaf Durbummaakoo Abbaakoo Fudhate
9:42
Oromia 24
Рет қаралды 13 М.
Dhumarratti Nama Beekamattin Heerume Hafe
14:59
Oromia 24
Рет қаралды 17 М.
50 Phrases Every Arabic Beginner Must-Know
12:57
Learn Arabic with ArabicPod101.com
Рет қаралды 1 МЛН
Ijoolleen Lamaan Qabamaniiru
8:12
Oromia 24
Рет қаралды 6 М.
ЖВАЧКИ!!!
0:47
Li ALINA
Рет қаралды 4,7 МЛН
Горилла Показала Малыша 😍
0:23
ДоброShorts
Рет қаралды 2,3 МЛН
😹😹😹
0:19
Татьяна Дука
Рет қаралды 18 МЛН
Выйграли Много Денег с Сыном
0:55
Карман
Рет қаралды 8 МЛН
Детство злой тётки 😂 #shorts
0:31
Julia Fun
Рет қаралды 4,1 МЛН