Jaarsi Kiyya Habiibtii naan hin jedhu || Dhaddacha Jaalalaa Doosee 12ffaa

  Рет қаралды 30,344

Nuuralhudaa

Nuuralhudaa

Күн бұрын

Iyyannoo duraa.
“As wr wb. Qopheessitoota Raadiyoo Nuuralhudaa, Baarakallaahu fiikum, duniyatti nasrii, aakhiratti firdawsiin badhaafamaa isniin jechaa, gama iyyannoo tiyyaatti ceha. Ani maqaan koo A.S jedhama. Anii Abbaa manaa qaba garuu nikaaha qofa hidhanne malee qaamaan wal bira hin geenne. Biyya gara garaa waan jirruuf telefoona qofaan wal argina. Abbaa manaa koo kanaa Akkaan lubbuu tiyarraa isa jaaladhaa Akkasumaa jaalalaa isaaf qabuus niin ibsaaf. maqaa mattiin isaa moggaaseef dhiisee, maqaa jaalalaatiin miidhagsee yaama. garuu Abbaan manaa koo kun faalaa kanaattii jaalala naaf qabuus naaf hin ibsu. maqaa jaalalattiinis nan waamu. Maqaa jaalalaatiin na waamuun haa hafuu, maqama maatiin koo naaf moggaaseenuu nanyaamu. Kun ammoo hedduu na dallansiisa. Sababaa kanaafi dhimmoota tokko tokkoof yeroo heddu walitti buuna. Anis dallansuun, ati nanjaalattu, intala biroo ta jaalattu qabda fa jedhaan. Yeroo an akkas jedhuun innis lakki an si jaaladha naan jedha. Garuu yeroo biroo si jaaladha naan hin jedhu. Akkasumaa ani heduu tokoon isa shakka. garuu ini naan shakuu Ani lubuu tiyarraa si amanaa naan jedha. Anis waniin isa shakuuf homa ini jajala naaf qabuu naaf hin ibsinee fi akkasumaa maqaa Adaattiin waan na hin waamnee fi malee waa isarraan Argeettii miti. mee shakii Ani isa shakuu kanaa nasihaan naaf dhaamtaan maaltu jiraa”
Iyyannoo 2ffaa.
“As wr wb. Kabajamtootaaf jaalatamtoota qindeessitoota Raadiyoo Nuuralhudaa. Qophii xaddacha jaalalaa nuuf qopheessuu keessaniif guddoo isin galatoomfanna. Qophii tanarraa waan guda fayadamuti jirra. Galatoma isini jechaa gama iyano kiyati issin dabarsa. Maqan kiya H.S jedhama. Qophii xadadha jalaala irati iyannon dhihefachu barbadu, Ani jaarti qaba. karadhuma halalitin wal fune. Ega wal fuunee kabajaf jaalalan akuma waliin jirachu turretti, walidhufenyi keenya walitti dhufenya nagaya akuma tahe jirutti, wan an ishii ajaje ykn waan an ishii irraa dhoorre dhibbaa dhibbatti hoji irra hin ooshitu. Yoo wan ani ajaje ajajamu didde, yoo wan an irraa dhoorre irraa dhoorramuu didde, sababuma Kanaan jidduu keenyatti walitti bu’iinsi dhufu danda’a jedhe yaada. Mal naa dhamtanii siniin jedha. Furmaata sinirraa eegganna. Nuuf galatoomaa, nuf jiradhaa. Ws wr wb.”
Iyyannoo 3ffaa
“As wr wb Akkam jirtan qopessitota sagantaa kanaa. masha Allah, sagantaan kun wan baayye nubarsiise. maqan kiyya A. M. Jedhama. iyyannon kiyyas: jaartii tiyya baayyen jaalladha. isheen ille baayye najaallatti. Garuu wanti tokko gaafii guddaa natti tahee sammuu koo na jeequtti jira. Jaartiin tiyya osoo natti hin heerumin dura nama birootti heerumtee jirti. An ammoo isii dura intala biroo hin fuune. Wanti kun yeroo baay’ee sammuu kotti natti dhaga’ama. Maalifin intala dubraa tan nama birootti hin heerumin fuudhuu dhabe jedhee of gaafadha. Wanti kun irra deddeebiin natti dhaga’ama. Islaamummaan dawaa waa hundaati. Furmaanni waa hundaa islaamummaa keessa jirti. Furmaata kanaa isinirra barbaada. Waan qalbii koo tasgabbeessee yaada kana sammuu koo keessaa balleesu naaf dhaamaa. Galatoomaa.”
Copyright: Nuuralhudaa Media 2023
Any illegal reproduction of this content will result in immediate legal action.

Пікірлер: 102
@user-oh9po6ju7r
@user-oh9po6ju7r 8 ай бұрын
As wr wb dura durssee nagenyii ko isin ha gahuu anii ka isin gafachu barbadee me imma hojadhaa ma galmaa hin genyee amaa wogaa lamafa biyya ormaa jira manaa dafee magalatii ijaradhaa jedhee na mijatuu didee Abbaa mana qabaa inis inumaa dalgataa ma nuf hin mijnee gafii ko kana❤❤♣️
@shamsdubai-wo7sn
@shamsdubai-wo7sn 10 ай бұрын
Wallahi gafii 2 sunii heduu natii dhagamee subahanaa laaa rabii isiniraa hajalatuu
@halimaalove862
@halimaalove862 11 ай бұрын
As wr wb akkami jirtuu waa heduu isiniraa barataa jiraa Allihamdulilah Gafii qabaa 1 ,Abbaa manaa kiyyani wolumaa jalanee sargii godhane wolii funee garuu abbani manaa kiyyaa kuni amalaa adaa qabaa shamarani jalaa demaa 2, biyyaa Arabaa kesaa jirataa turee wolini inii qabame na biraa galee yeroo sani ani ulfaa garaa qabaa ergaa ini galee manumaa namaa dalagaa kufaa ka.aa rakkoo heduu kesaa taree rabbini nagani na hikee ilmoo kiyalee biyyaa galfadhe Allihamdulilah 3, garuu abbani manaa kiyyaa biyyaa galee hagamuu osoo hin turini osoo ani malaqaa ergufi dhalaa biraa taa abba manaa qabduu jalatee idoo isini xiyararaa buteti simatee wolini jirachaa turee ana imoo dhufani nati himani namni abbani manaa kee akkanaraa jiraa lalii jedhani inni imoo ani wani akkana hin dalagne jedhee na wakate ufii imoo intali ini simatee suni amante dhufee na fudhe idoo xiyarati jetee isini akkanaa daladuu tuni jarsaa kiyyaa wojini garuu jarsaa qabdii ani yeroo hundaa intalaa tanaa ni abaraa akka bulti tiyyaa qilesaa sesiftee kanati rabbini siti haa arguu jedhee 4 ,anafi inii achirati woli lolee osoo hin dubisini dhise caldhise namni dhufee woliti nu ararsee Amalee dhalani biraa dhuftee rabbumaa jedhi atifi abbani manaa kee nikayaa woliraa qabdani nati himii mee nani jetee eyani woliraa nikayaa qabnaa jedheni achumaa abbani manaa kee kaa nikayaa woliraa qabdani jarti hin qabuu jedhee si fudhaa jedhee wogaa tokko olii wojini jirataa jiraa nani jetee dhuftee nati himte jarsii kiyyaa kuni amale naa wakatee garuu mucatini dhugumaa jetee sobaa miti mee isini mali nani jetuu asirati obsani isini egadhaa imotuu du.ayii tesani barbadaa😭👈 rabbini hireni namaa hin mokorini Imotuu Allihamdulilah Allihamdulilah
@reetajuu163
@reetajuu163 11 ай бұрын
😢😢
@arabesheka8406
@arabesheka8406 11 ай бұрын
ws wr wb rabbii si haa lafisuu obolleti tiyaa
@ZeinabJEMAL-fy9mp
@ZeinabJEMAL-fy9mp 10 ай бұрын
Waleekum sallam warahmatulaahi wabarakaatuhu rabbiin amri jabaatte hunda isiniif haa laaffisu inshaa'alaah abshiira
@user-iy3oi8he9e
@user-iy3oi8he9e 20 күн бұрын
As wr wb bayee namati tolaa yanii keana wan bayee siinira baranee umrii unuu dheradha❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 10 ай бұрын
Yaa umataa esumaa badanii yaa alha qata isin egaa obsaa dhabee😭😭😭😭😭😭😭malumaa tatanii badan yaa rabbii nagahan nafi debisii yutubaa nii dhabee moo nural hudaani😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@Halimaatube12
@Halimaatube12 11 ай бұрын
Mashaa Allah taabarakallah ani wlh heduu isini jaladhaa heduu nati tolaa isini dhagefatuni nafi galatomaa nufi jiradhaa ❤❤❤
@user-by8cu9yn7n
@user-by8cu9yn7n 11 ай бұрын
Waleykum salaam woraamatuhi wobaaraakatuu
@kumaaorotubes2718
@kumaaorotubes2718 6 ай бұрын
Sii fokkotaa kanatti heerumeen sabbaree atis anaa bareeddu tana fuuteet rabbii kee shakkartee Kan sabbaree fi kan shakkarees warra jannataati nu lachuu warra janata jetteen ❤
@keenaatube724
@keenaatube724 11 ай бұрын
Masha Allah rabbiif jechan sin jalaadha
@ZeinabJEMAL-fy9mp
@ZeinabJEMAL-fy9mp 10 ай бұрын
Waleekum sallam warahmatulaahi wabarakaatuhu jazaakumulaahu keyran baarakalaahu fikum inshaa'alaah
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 11 ай бұрын
ماشا الله الله اكبر الحمد الله علي نعمة إسلام 🙏 اللهم مسلي علي حابيبينا اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـما أللهم مسلي علي حابيبينا اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـما أللهم مسلي علي حابيبينا اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـما أللهم مسلي علي حابيبينا اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـما أللهم مسلي علي حابيبينا محمد
@azizafeyo7227
@azizafeyo7227 11 ай бұрын
Sallallahuu Aleyhii wossallam
@user-ez6qf1mm9d
@user-ez6qf1mm9d 10 ай бұрын
Masha Allah Masha Allah
@amanihusiin3803
@amanihusiin3803 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤mashaa Allah jaladha iti fufa
@saadu7901
@saadu7901 11 ай бұрын
Mashaallaah tabarakaallaah ❤️❤️
@MadinaMadina-gk2ek
@MadinaMadina-gk2ek 11 ай бұрын
Walkumaa assalamii woramatulayi wobarakatuu Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam
@user-ok9dt3ly5w
@user-ok9dt3ly5w 8 ай бұрын
Mashaa alha Mashaa alha akanumati itti fufaa
@selameett5653
@selameett5653 11 ай бұрын
صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم ❤❤❤❤❤❤
@user-oo9pn7ki2h
@user-oo9pn7ki2h Ай бұрын
Mashaa Allah
@MakidaCiroo-gg2zl
@MakidaCiroo-gg2zl 2 ай бұрын
Maashaa allah ❤️❤️❤️
@saladiinabduwazir9221
@saladiinabduwazir9221 11 ай бұрын
Wallekumaa sallamaa wamatuulayii wabarakattuu
@akhandllllaa2508
@akhandllllaa2508 11 ай бұрын
Mashallah Saw saw saw❤❤
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 6 ай бұрын
MAshaallaa MAshaallaa ❤❤❤❤❤❤
@Makk240
@Makk240 11 ай бұрын
Eeee miskina wlh Habibitii tiyya nan hin jedhu jeetii 😊
@ShaamRak-rf9sv
@ShaamRak-rf9sv 11 ай бұрын
❤❤❤😂❤❤❤❤
@kerimaIsa-uk1dd
@kerimaIsa-uk1dd 11 ай бұрын
Wl wr wb salallaahu Aleyhii wasaallam salallaahu Aleyhii wasaallam salallaahu Aleyhii wasaallam salallaahu Aleyhii wasaallam
@abuhamza2983
@abuhamza2983 11 ай бұрын
Ws wr wb masha allaah jzkl
@ziyadatufa1864
@ziyadatufa1864 10 ай бұрын
Amiin Amiin yaa Allaah
@BiqilaaAhimaad-sf3fh
@BiqilaaAhimaad-sf3fh 10 ай бұрын
Masha ahllaa
@sameeramohamad4612
@sameeramohamad4612 11 ай бұрын
SAW❤SAW❤SAW❤SAW❤SAW❤SAW❤SAW❤SAW❤
@HayyuuKamal-sj8oh
@HayyuuKamal-sj8oh 11 ай бұрын
Masha Allah Tabarakallah
@mabubaabamca4392
@mabubaabamca4392 11 ай бұрын
Mashaallaah saw
@user-by8cu9yn7n
@user-by8cu9yn7n 11 ай бұрын
ماشاء الله
@rahimaqadiro7710
@rahimaqadiro7710 11 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan ❤
@ALIALI-vs4zq
@ALIALI-vs4zq 11 ай бұрын
Macha allah be strong
@user-ts5yy2td6b
@user-ts5yy2td6b 11 ай бұрын
Maashaallah
@SayidUbrahim
@SayidUbrahim 11 ай бұрын
Masha allah
@Saya-qb2mq
@Saya-qb2mq 11 ай бұрын
Masha allah Rabbi sirra ha jaallatu
@selameett5653
@selameett5653 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤مشاءالله
@saadu7901
@saadu7901 11 ай бұрын
Waleykumsalaam worahamatulaahi wobarakaatuu ❤️
@AsladdiinAdam
@AsladdiinAdam 11 ай бұрын
Mashaa allaha ❤
@muslimaoromoo3149
@muslimaoromoo3149 8 ай бұрын
sallaahh Allyyhii wasaaalaam
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781 11 ай бұрын
Waleekumu ssaallam warahmatuulahii waabarakatuu ❤❤❤❤❤
@user-jt3ug3ob7y
@user-jt3ug3ob7y 11 ай бұрын
Maasha'allah
@ShaamRak-rf9sv
@ShaamRak-rf9sv 11 ай бұрын
Mashallah SAW❤❤
@Alhamdulillh
@Alhamdulillh 11 ай бұрын
S,,,,,A,,,,,,W ❤❤❤❤❤❤❤
@user-oo9pn7ki2h
@user-oo9pn7ki2h Ай бұрын
Saw saw saw saw
@FAXUMA898
@FAXUMA898 11 ай бұрын
Wa'alleykumasallam Warahamatullahii Wobarakatuhuu
@al.aariifbakar8574
@al.aariifbakar8574 11 ай бұрын
As wr wb
@YyYy-sj8cx
@YyYy-sj8cx 11 ай бұрын
Waleykumasalam waramatulahi wabarakatu ❤
@wallaaggaabiyyaakoobiyyaag8816
@wallaaggaabiyyaakoobiyyaag8816 11 ай бұрын
Ws wr wb jzk ustz kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MameeLove-mt5wd
@MameeLove-mt5wd 11 ай бұрын
مشاالله
@ummumurad
@ummumurad 10 ай бұрын
𝐒 𝐀 𝐖❤❤❤❤❤❤❤❤❤𝐌𝐚𝐬𝐡𝐚 𝐚𝐥𝐥𝐚𝐡
@jabomusxafaa
@jabomusxafaa 11 ай бұрын
Saallaallaa Aleehim wasallallamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 11 ай бұрын
Walleykum asallaam waramatuullaah wabarakatuhu Sallallaahuu Aleeyhii Wassaallam Mashala allaah tabark allaah 💗💗💗🤲🤲🙏
@CallooJamaal-sn4ho
@CallooJamaal-sn4ho 10 ай бұрын
EESSATi nuu dheeboositan
@furdosi2300
@furdosi2300 11 ай бұрын
Aswrwb baga nagaan dhuftani jaalatamoota keenya
@saadu7901
@saadu7901 11 ай бұрын
Sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@user-kf8hz2nx6n
@user-kf8hz2nx6n 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤😢😢😢😢Qaqliwn ko
@AmeenAmeen-sq6rd
@AmeenAmeen-sq6rd 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@DubaiKhan-co2ok
@DubaiKhan-co2ok 9 ай бұрын
@zedi859
@zedi859 11 ай бұрын
Wl wr wb sallaallahu Aleyihi wasallam
@Susuu-1230th
@Susuu-1230th 11 ай бұрын
Wa,aleykumasallaam Warahmaatuullaahi Wabarakaatuhuu ❤❤❤❤
@HusseinEbrahim-bk4ue
@HusseinEbrahim-bk4ue 11 ай бұрын
Welcome
@JdhbxhdbBxjdvhdh
@JdhbxhdbBxjdvhdh 17 күн бұрын
@michuudhugaa8717
@michuudhugaa8717 11 ай бұрын
❤akkam jirtu
@kazinamama4567
@kazinamama4567 11 ай бұрын
SAW
@RAHIMAAAMAAN
@RAHIMAAAMAAN 11 ай бұрын
السلام عليكم ورحمه الله وبركاته Akkami jirtu yaa warra nural huda nuf jiradha ammas bayee isin jalanna heddu takka saganta keessanis heddu hordofa gara telegram garuu sagantani keessan maali ta'e gara telegram adda cite nabiraa dhufaa hin jiru gama youtube hordofif naf hin mijatu akka kootitti kanaaf please gama telegramis gadi dhiisa sagantale heddu nuf darbiine please please please
@mashalasokwalayakeriishaya9264
@mashalasokwalayakeriishaya9264 11 ай бұрын
🙏🙏🙏👍👍
@user-sl8rp6hj3f
@user-sl8rp6hj3f 10 ай бұрын
❤❤
@NaimaaAbdurahmaan-nw7gu
@NaimaaAbdurahmaan-nw7gu 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@NasruKemal
@NasruKemal 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ As wr wb
@fetihaatubee8278
@fetihaatubee8278 11 ай бұрын
❤❤❤❤
@rhimaose3871
@rhimaose3871 11 ай бұрын
Amiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin 🤲🤲
@DubaiKhan-co2ok
@DubaiKhan-co2ok 9 ай бұрын
As wo wb ❤ 4:55 5:01
@furdosi2300
@furdosi2300 11 ай бұрын
Aamiiiin
@makiama9561
@makiama9561 7 күн бұрын
6:48
@dhfddhvd1710
@dhfddhvd1710 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊
@user-dh9or1ez7c
@user-dh9or1ez7c Ай бұрын
Aswrwb 🎉🎉🎉🎉🎉
@AbdushakurOmer
@AbdushakurOmer 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@TimiraSamsung
@TimiraSamsung 9 күн бұрын
Maqan kiya t tuqa a yadaa nuh kalesitanif galatomaa
@aishamuhamed
@aishamuhamed 11 ай бұрын
S A W 🕋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤☝️👍
@user-ok9dt3ly5w
@user-ok9dt3ly5w 8 ай бұрын
A
@uaeo4381
@uaeo4381 11 ай бұрын
As.wr.wb ustazotan kenyaa wagering isira baracha jiraa galatomaa
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 11 ай бұрын
Wa alyki salamwrwb
@yatiuyt6972
@yatiuyt6972 10 ай бұрын
😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ummuumubaarektube3955
@ummuumubaarektube3955 11 ай бұрын
SaW
@saudamuhammed8194
@saudamuhammed8194 11 ай бұрын
Sallallahu Aleyhi Wassallam ❤❤❤❤
@zinabafocader8131
@zinabafocader8131 11 ай бұрын
#Sallallahu_alayhi_wassallam
@HusenMohamed-pz6dl
@HusenMohamed-pz6dl 11 ай бұрын
Sorii qalbii isa nu jala kute😢
@idrisahmed2534
@idrisahmed2534 11 ай бұрын
As wr wb akkami nagaya jirtuu malif #Tellgerma irraa malif badaan
@YasukaMan
@YasukaMan 11 ай бұрын
As wr wb
@shukriormo6286
@shukriormo6286 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Okosin
@Okosin 5 ай бұрын
As wr wb
@SabenaIbsa-ng9wv
@SabenaIbsa-ng9wv 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@yggugchgyg9226
@yggugchgyg9226 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@user-ht6nf4fp4y
@user-ht6nf4fp4y 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
RNH 819, July 27, 2023 Jaarmaya Bultii
29:14
Nuuralhudaa
Рет қаралды 20 М.
A teacher captured the cutest moment at the nursery #shorts
00:33
Fabiosa Stories
Рет қаралды 7 МЛН
Despicable Me Fart Blaster
00:51
_vector_
Рет қаралды 25 МЛН
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 21 МЛН
Yaaminsa | Abdurahman Hussein NEW 2016 | Part 01
30:00
Fillaah Tube
Рет қаралды 179 М.
Abbaa daa'ima kiyyaa shakke: Dhaddacha Jaalalaa Doosee 15ffaa
17:06
DHAALA SAAMAMNE | USTAAZ IBSAA HASAN| HUDAA 2FFAA
30:11
HUDAA MEDIA
Рет қаралды 95 М.
The thieves pulled a prank on the Policeman ! 😬👮🤣
0:38
BOGDANCHIKI
Рет қаралды 6 МЛН
Что делать если закрыли на балконе
0:31
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
0:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,6 МЛН