Jaarsi kiyya haqa firaashaa naaf hin guutu! Dhaddacha Jaalalaa 9ffaa

  Рет қаралды 79,268

Nuuralhudaa

Nuuralhudaa

Жыл бұрын

Iyyannoo 1ffaa
Assalaamu aleykum waaramaatullaahi wabarakaatahuu
Raabbin dalagaa keesaa taanaa isin iraa haa jaalatuuu qopheestotaa RNH. Ani maqaan kiiyaa A.H jedhaama. iyaanoon tiiyaa akkaa armaan gaaditi. Anii Abaa mana kiyaa heeduuu jaaladhaa. inilee akasumaa hedduu naa jaalata. Haa taa'uu maalee jaalalaa keenna kana waan tokko nu jalaa diigaa sodaadhee jira. Wanti an sodaadhe Abbaan manaa kiyya wayta dallanu obsa hin qabu. Yeroo an akkaataa jiruu teenya itti fooyyeffannu itti dubbadhu, saniifis akka malee dallanee dubbii hamtuu dubbata. Wayta dallanu akka waan nama achi booda walitti hin deebinee dubbii hamtuu dubbata. Sababaa kanaaf jaalalli an isaaf qabu, onnee tiyya keessaa hir’achaa deemaa jira. gara fuulduraatti hoo, haala Kanaan akkamitti waliin jiraanna jedhee sodaadhe. Amata tokkoof eega biyya arabaa keessa waliin jiraannee booda, akka tasaa tahee inni gara biyyaa galee Oromiyaa jira. anis amma galuuf qophitti jira. wanti yaaddoo guddaa natti tahe; abbaa manaa kiyya kan haalaa amala akkanaa qabu kana, kan waanuma xiqqoo guddoof dallanu kana, haala kamiin isa wajjiin jiruu eegala jedhee sodaadhe. Obsi walakkaa iimaanaati jedhaniimii ree? Waa’ee obsaa kanarratti yaada bareedaa qalbii nama jiisu akka naaf dabarsitan abdii qaba. Kanaaf gama dhaddacha kanaa dhufe. Murtii Abbaa murtii obsaan eeggadha. Galatoomaa.
Iyyannoo 2ffaa
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
Maqaan Kiyya R.H je’ama. Iyyannoon kiyyas akka asii gadii kana. Abbaan manaa kiyya yoo walitti dabalamnu ykn hoggaa wajji rafnu, daddaffiin fedhii ofii geeffata. An ammoo akka san hin fedhu. Yoo Jabaate daqiiqaa 4 tura. Mee waan kana maal godhutu narra jira. An dhimma kanarratti hedduu rakkataa jira. Ifiif fedhii isaa geeffata, anammoo kun natti hin tolu. Sababaa kanaaf inumaahuu isa jibaa deemaa jira. Furmaanni kiyya maali?
Copyright: Nuuralhudaa Media 2022
Any illegal reproduction of this content will result in immediate legal action.

Пікірлер: 195
@ifrahabbastube9999
@ifrahabbastube9999 Жыл бұрын
Jzk obbolewwan kiyya rabbin isin irra ha jaalatu gaafii ko gaafachu dhabus fakkattun akka ko R.H naf gafatte deebiis arkadhe anis suratul baqara keysatti allahu la yastatahi minal haqi je'a rabbin haqarra in qanfatu ❤❣🌹qopheysitita saganta hural huda hunda jzk jannata ha ta'u 🙏🙏🙏jzk ❤❤❤❤❤❤
@newchannal3594
@newchannal3594 Жыл бұрын
mashallah rabbin issin irraa haa jalatuu fariyyee bareduu too.o
@Jamalki437
@Jamalki437 4 ай бұрын
@AbdulazizFaris-gv5lz
@AbdulazizFaris-gv5lz Жыл бұрын
Maashallaah qophiin keessan hedduu bareedduu dha hanga torbaniitti abdiinin eega!
@muhajirabdusalam8625
@muhajirabdusalam8625 Жыл бұрын
Mashalla Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Rabbiin isinirra hajaallatu jabaadha isiniiwajjiin jirra
@zalikabati1286
@zalikabati1286 Жыл бұрын
😳😳😳😳 itti hin himaatuu ree jarsumaa saniiti akaa fedhii hin gefaatiin 😀😀😂😂😂
@sabrinaumar7652
@sabrinaumar7652 Жыл бұрын
Wa wr wb akamii nagaya fayadhaa qophesitotaa rediyoo nural hudaa anii maqan kiyaa A.U jedhama gafii takkan qabaa gafin tiyas akkana jetii muchaa tokoo akkanin jaladhaa ininis akkan najalataa garuu wanii rakoo tahee inii biyaa garman jirachuu demaa anii imoo oromoo miyumaa kesan jiraa innii akkii jedhee naa chinquu yoon sidhisee demee attii najalaa herumtaa Sanifuu kabajaa kee fudheen demaa jedhaa anii imoo rabbii kiyaa ofitii dalansisuu hin barbaduu mee falaa tokoo naf himaa yookii akka Rabbiin isarra adan nabasee namaa mislimaa kan rabii sodatuu akka naf kenuu nakadhadha debii abbaa murtiu obsanin egadhaa
@abdollaahiumar5713
@abdollaahiumar5713 Жыл бұрын
Masha Allaah tabarakaallah baay'ee namatti toltan worra nuuralhudaa barakallaahu fiikum jabaadha hojii gaariii hojjata jirtu dhugaatti
@abdiiarsii1015
@abdiiarsii1015 Жыл бұрын
Masha Allah isiinira haa jallatu
@hafiizsadiq2579
@hafiizsadiq2579 Жыл бұрын
Mashaa Allah Rabbii isiin rraa ha jaalatu hojjatootta Nuuralhuda hundii keessaanu Jzk❤obboleeyyan ko 🙏
@mrindia2422
@mrindia2422 Жыл бұрын
Mashllha Tabarakllhaa Rabbin isinira Hajalatuu 🥰🥰🥰🥰🥰
@yaarabbiibadiikennanuufdhi5696
@yaarabbiibadiikennanuufdhi5696 Жыл бұрын
Mashaallh Mashaallh baga nagan nuu dhuftan
@hawwibalee5948
@hawwibalee5948 Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkkoooll9o9
@yaarabbiibadiikennanuufdhi5696
@yaarabbiibadiikennanuufdhi5696 Жыл бұрын
@@hawwibalee5948 maal kolfii
@jemalmuhammed4645
@jemalmuhammed4645 Жыл бұрын
Ws wr wb mashaa Allaah jzkllh
@zekihasen4285
@zekihasen4285 Жыл бұрын
Wallaahi rabbif jachaa isin jaaladha. jaalala na qabsiiftan isin malee dhagefachuun natti hin tolu.
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 Жыл бұрын
Welcome nuraalhud soraa onee tiyyaa
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 Жыл бұрын
Walekuumasalaam waramatulaah wabarkatuu
@samirasiraj3673
@samirasiraj3673 Жыл бұрын
Waalleykum assalamii Warahmattulahii wabarakaatuhuu Mashallaa Alhaa Mashallaa Alhaa Rabbii sinira hajatuu Jezakumulahaa kheriii
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 Жыл бұрын
Salalaahu Aleyii wasalaam
@badhaatuuarsiimuneesa8934
@badhaatuuarsiimuneesa8934 Жыл бұрын
Walleeykum sallaa waraahmatullaah wabarakaatuu
@shamseshow5466
@shamseshow5466 Жыл бұрын
Salallahu aleyhi wassalam
@jamilaamank1980
@jamilaamank1980 Жыл бұрын
Jzk keyeraan garuu woronii komentti hintanee baressitaan istop dhabadha yoo Rabbin sodataan gafiin lamafaan badii malii qabadii kan kolofituu gariin nama osoo siih tatee hoo lataa? Akkam gotaa hin kolofiin wontti itti kolofaan hedudha oke qanyii baradha hin sobinatti sobutti jiritaan wly gafii tanaa gafachuun isii imanaa qabachuu isittuu irra muluataa osoo balagee tatee nuralhudaa hin horodofotuu lamafaa gafii hin gafatuu zinaa gotti mallee hubadha dubbii dhifama hojjin😭😭😭👈
@aishau7594
@aishau7594 Жыл бұрын
Dhugaa Namaa imanaa Qabutuu Bakkaa keyrii dhufee waan hin beeknee gafataa
@hwaaa8370
@hwaaa8370 Жыл бұрын
Saah uktii
@hwaaa8370
@hwaaa8370 Жыл бұрын
Saah uktii
@RijaalBiyyaa
@RijaalBiyyaa 9 ай бұрын
Wallaahii dhugaadha
@MuhaannadAwwel
@MuhaannadAwwel 2 ай бұрын
Dhugaa ketii
@zamzam-ze9lb
@zamzam-ze9lb Жыл бұрын
_Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Waa aleeykuum Salaam Woraahamaatuullaahii Wobaraahaakaataahuu maashaallaa allahaa tabaraakaallaahuu raabbiii isni Irraa jalaatuu raabbiii urmii keessaanii nuuf haa dheereessuu Baraakaallaahuu fiikum jaazakuullaahuu keereraa jzk_
@abdogarfa2042
@abdogarfa2042 Жыл бұрын
As wr wb akami waee jarsa fi jarti dhihesa
@sabonutu7452
@sabonutu7452 Жыл бұрын
wk wr.wb
@ahimadmahamud7870
@ahimadmahamud7870 Жыл бұрын
Mashaa Allah
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 Жыл бұрын
Wlwrwb (s a w)mashala allaah tabark allaah rabbiin isin irraa ha jallaatuu barakallahuu fikuum jzk 💝💝💝💝❤️❤️
@mrindia2422
@mrindia2422 Жыл бұрын
Wallekumasalam waramatulahi wabarakatuhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@ashrutube7251
@ashrutube7251 Жыл бұрын
Hadaraa mee essaan issiin argadhaa gafii cimtuu amatii naa barbachiftu qabaa
@MuhaannadAwwel
@MuhaannadAwwel 2 ай бұрын
Kotuu Asin
@GgGg-rq9yc
@GgGg-rq9yc Жыл бұрын
Sallaalahu Aleyhii wassaallam ❤️
@abdrzaqalhbhi6194
@abdrzaqalhbhi6194 Жыл бұрын
Jazakalahu
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Mashaallaa maashaallaah rabbiin isaani irraa haa jalatuu 🥰😍💓💕💕
@WorldData4D
@WorldData4D Жыл бұрын
Namati tola jabaadhaa ❤
@ibroshetube
@ibroshetube Жыл бұрын
1=Maalif haqa kiyya naaf hin guutun akkatti baayyata ? 1=Yoo dhiira jabaa tahuu baatte bultii jaarrachu hin dandeeysuu?
@Ksa-kz3gv
@Ksa-kz3gv Жыл бұрын
صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم ❤وعليكم السلام عليكم ورحمة الله وبركاته اللهم صلي وسلم وبارك على سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين اما بعد ♡♡♡❤
@raretube3058
@raretube3058 Жыл бұрын
Jabaadhaa maashaa allaah
@Noname-pu8er
@Noname-pu8er Ай бұрын
Mashaa allaah❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢❤❤❤
@hwaaa8370
@hwaaa8370 Жыл бұрын
Waaleyhum asalam wooramatulah Woobarakatuuh Maashaa Alha raabbiin isiniraa hàa jalatuu 🤩
@Mohammed-em3ky
@Mohammed-em3ky 6 ай бұрын
Salalhuu aleya wasalam salalhuu aleya wasalam salalhuu aleya wasalam salalhuu aleya wasalam ❤❤
@abdushakurumar7886
@abdushakurumar7886 Жыл бұрын
Sagantaan soora qalbii hedduu gabaabate mmmmmaaalif
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 Жыл бұрын
Mashaa Allah ❤ ❤
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@AsAs-fv4wy
@AsAs-fv4wy Ай бұрын
As wr wb mashaa allaa rabbinii isiniraa haa jalatuu
@dammeejamal1402
@dammeejamal1402 Жыл бұрын
Mashalla rabbi isinirra hajallatuu
@user-oy2zj5oe2n
@user-oy2zj5oe2n 5 ай бұрын
maasha allaah
@ghtr45
@ghtr45 6 ай бұрын
ماشاءالله تبارك الله جزاك الله خير❤❤
@xayibasanyiijawee1639
@xayibasanyiijawee1639 Жыл бұрын
Aswrwb wly akkaa isin jaladhuu Mali jedhee himaa wly rabbin an olittii isin ha jaltuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@user-md1gx5br7d
@user-md1gx5br7d 8 ай бұрын
❤❤❤ masha allah rabbi isinii haa dabalu❤❤❤
@AbduMustafa-pg5in
@AbduMustafa-pg5in 9 ай бұрын
ماشاء الله جزاك الله خيرا
@MsroGg-c8o
@MsroGg-c8o 4 күн бұрын
Yaa Raabii maashaa aallaa taabarkal❤❤❤❤❤❤❤
@rhdhsjus5400
@rhdhsjus5400 Жыл бұрын
Maashala Alha 🎉🎉🎉Amiiiiiiiiiiiiii Amiiiiiiiiiiiiii Amiiiiiiiiiiiiii
@huzeeyfaqaasiim7898
@huzeeyfaqaasiim7898 Жыл бұрын
Erga jarsii kee haqa si hin nati heerumi
@mduae4127
@mduae4127 Жыл бұрын
Mashaaallah Rabbii sii haa irraa jalatuu inshaallah
@user-kd2bv7ww2y
@user-kd2bv7ww2y 6 ай бұрын
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa
@abdollaahiumar5713
@abdollaahiumar5713 Жыл бұрын
Wonni dafani xumuruu Suni nama hedduu bira jira garuu foo'a booda
@jsns28
@jsns28 Жыл бұрын
Mashaa allah tabarakaa
@roobaajamal740
@roobaajamal740 Жыл бұрын
MASA Allaa
@roobaajamal740
@roobaajamal740 Жыл бұрын
Mash alla
@user-nu9ml3my8r
@user-nu9ml3my8r 10 ай бұрын
Wa wr wb jzk
@TOLAYOSEPH
@TOLAYOSEPH 13 күн бұрын
Yoyyaa baga nagaan dhuftan
@zamzamzamzam1363
@zamzamzamzam1363 Жыл бұрын
Mee gafii kanaa esan dhiyefatan pls naf himaa mee worii betan gafii qabaa
@imasaj4864
@imasaj4864 Жыл бұрын
Dhugakesan wolhi Ustaazaa keenyaa kabajamoo fi jallatamoo rabbiin isinir hajalatuu Ustaazaa keenyaa
@user-qn2fm2ll8u
@user-qn2fm2ll8u 9 күн бұрын
Jazakumallh
@tajuutube4096
@tajuutube4096 Жыл бұрын
Mashaa allaah jazaa kaalaha ❤❤
@kedirjemal9171
@kedirjemal9171 Жыл бұрын
Rabbiin isiin irra Haa jalaatu ,mashaa alaaha
@FayqaTaju
@FayqaTaju 2 ай бұрын
As wrap wb akkami ngaumaa eesumani isin argadha rakkadhen jira wly❤
@hawwiinkoojaannata9734
@hawwiinkoojaannata9734 Жыл бұрын
Subhaan allah yaa rabbii obsa nuuf kennii
@aminahusen6157
@aminahusen6157 Жыл бұрын
Mashallaa tabarakalaa
@rahemaahmed7923
@rahemaahmed7923 Жыл бұрын
مشاء الله 😍🙏
@zeytunaateso6400
@zeytunaateso6400 Жыл бұрын
Mashaalaah Mashaalaah tabaraa kalaa
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Waleykumsalaam worahamatulaahi wobarakaatuu
@hwaaa8370
@hwaaa8370 Жыл бұрын
Saaaallaallaahuu Aleeyhii Wosallam ❤️
@tajuutube4096
@tajuutube4096 Жыл бұрын
❤❤❤❤ Ramadan Mubarak 🎉🎉
@abdulaziizmahamad4658
@abdulaziizmahamad4658 Жыл бұрын
عليه افضل الصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم
@huzayfaumer3301
@huzayfaumer3301 Жыл бұрын
Mashaallaah qopheessan keessan heddu namati tola ❤
@GaadisaaIdiris
@GaadisaaIdiris 3 ай бұрын
Maashaa allah
@user-ur1bw5og5i
@user-ur1bw5og5i 6 ай бұрын
Rabiin Isiin Haa jaalatuu is in jaalan rabiif jeechaa
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 6 ай бұрын
MAshaallaa MAshaallaa ❤❤❤❤❤❤❤
@zumerazumera26
@zumerazumera26 Жыл бұрын
MaashaAllah
@omanoman1650
@omanoman1650 Жыл бұрын
Maashaalaah
@rhimaose3871
@rhimaose3871 Жыл бұрын
Mashaallah 🥰🥰🥰
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Welcome bagaani dhuftaani🥰❤️
@amaanhamdaa3955
@amaanhamdaa3955 Жыл бұрын
Masha, Allah
@awolnura61
@awolnura61 Жыл бұрын
مشاء الله تبارك الله
@fatumabasheermohammed996
@fatumabasheermohammed996 Жыл бұрын
Maasha allh 🥰
@user-nc9bd9wt4s
@user-nc9bd9wt4s 3 ай бұрын
SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW
@meryembintali2744
@meryembintali2744 Жыл бұрын
Mashaallaah❤
@ahmedoromo1163
@ahmedoromo1163 Жыл бұрын
Maasha Allah ☝️
@mominamomina8131
@mominamomina8131 11 ай бұрын
Saallaallaa Alley waassaallaam saallaallaa Alley waassaallaam saallaallaa Alley waassaallaam saallaallaa Alley waassaallaam ❤️
@jamilaaheebboo5170
@jamilaaheebboo5170 Жыл бұрын
Sallallaahuu Aleeyhii Wasallaam
@muhadamiintube5633
@muhadamiintube5633 Жыл бұрын
Jazaakumullaahu kheyran
@jamilaaheebboo5170
@jamilaaheebboo5170 Жыл бұрын
Waleeykuum Asalam Warahamtuulh Wabarakatuuh
@user-sh6cj4sf3f
@user-sh6cj4sf3f 9 ай бұрын
Mashala ❤
@abdulaziizmahamad4658
@abdulaziizmahamad4658 Жыл бұрын
🥰 Masha Allah
@najatmahamad5005
@najatmahamad5005 Жыл бұрын
Masha Allah dhugaa akka malee nama tolla
@mohamedelkayselkays5251
@mohamedelkayselkays5251 Жыл бұрын
Mashallaaa ❤❤❤
@monakamal6102
@monakamal6102 Жыл бұрын
Sallallahu Aleeyhi wassallaam Sallallahu Aleeyhi wassallaam Waleeykuumsalaam warahmaatullaahi wabarakaatuuhuu maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah Taabaara kaallaa rabbiin sinirraa haa jallaatu jzk
@abdurezakgabii
@abdurezakgabii Жыл бұрын
Aswrwb
@ahmedgabi1264
@ahmedgabi1264 Жыл бұрын
Hi
@ahmedgabi1264
@ahmedgabi1264 Жыл бұрын
Hi
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Aji'ibaa wottii baraa kanaa yaarbbiin nuu baasii 😢
@MuhaannadAwwel
@MuhaannadAwwel 2 ай бұрын
Kkkkk
@MuhaannadAwwel
@MuhaannadAwwel 2 ай бұрын
Maloo
@arsiiti755
@arsiiti755 Жыл бұрын
Saallaallaahu Alleyhi waassaallaam
@huzayfaumer3301
@huzayfaumer3301 Жыл бұрын
Salallaahu aleyhi waa salaam Salallaahu aleyhi waa salaam ❤
@JahraMohammad
@JahraMohammad 4 ай бұрын
Amiiin
@jibreelmuhammad77
@jibreelmuhammad77 11 ай бұрын
Ameeen
@zakimame
@zakimame Жыл бұрын
Mashallah
@user-qw4xj3cm9p
@user-qw4xj3cm9p Жыл бұрын
Mashaallaa Mashaallaa
@fatumabasheermohammed996
@fatumabasheermohammed996 Жыл бұрын
Saallaaallaahu Aleyhii wassallaam
Red❤️+Green💚=
00:38
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 79 МЛН
КАК ДУМАЕТЕ КТО ВЫЙГРАЕТ😂
00:29
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 9 МЛН
'Kiwu jechuun ammakaa; Roobe Adaamaa fakkaachuun ammakaa'. Sheekaa Roobee waliin turtii taasifame.
20:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 72 М.
Gorsa Mi'aawa Haadhaafi Abbaa Irraa Ustaaz Ibsaa Hassen Kutaa 3
20:40
Gaaddisa Islaamaa Media
Рет қаралды 75 М.
Ollaa rasuula lamaan (saw).
9:08
Sharif Abdumalik
Рет қаралды 921
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Farhiyaa Aadam
Рет қаралды 272 М.
||Teessuma|Milkii|2ffaa|Salaata|Subhii|Ustaz|Ibsaa|Hasan||
59:19
Kebor Multimedia
Рет қаралды 188 М.
RNH 847, January 29, 2024 Soora Qalbii
22:41
Nuuralhudaa
Рет қаралды 23 М.
Abbaa daa'ima kiyyaa shakke: Dhaddacha Jaalalaa Doosee 15ffaa
17:06
Роналду совсем другой! 😱
0:45
КиноСклад
Рет қаралды 9 МЛН
Толстый солдат всем отомстил #shorts
1:00
настоящий чемпион
0:59
QorabogTV
Рет қаралды 4 МЛН
Выйграли Много Денег с Сыном
0:55
Карман
Рет қаралды 8 МЛН