Jawar mohammad akkasitti Paarlaamaa guutu kofalchiise 😀 akkasuma fonqolcha Dr.Abiyi irrati taasifame

  Рет қаралды 94,644

abdu mobilapp

abdu mobilapp

7 күн бұрын

Пікірлер: 291
@user-iw6nl8eg7o
@user-iw6nl8eg7o 5 күн бұрын
Ani gaafa afaan amaaratiin waa wal gayan sima eega abduu koo ani afaan warra soddaa in beeku
@mafa2217
@mafa2217 5 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂
@FeelingJames
@FeelingJames 4 күн бұрын
Anilen akasuma
@user-sv2mw2kg6t
@user-sv2mw2kg6t 4 күн бұрын
❤❤😢😢
@user-iw4oc6ho3v
@user-iw4oc6ho3v 4 күн бұрын
😂😂😂 anilee akasumaa 😮
@Shunkurt
@Shunkurt 3 күн бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣
@AmaneAmanhassen
@AmaneAmanhassen 4 күн бұрын
Gadheen zaata isaa mitii maqaa isaa sodaatti😂 jawwee koo sila iddoon kun siin mala ture❤
@uaess9428
@uaess9428 5 күн бұрын
Jawwe koo qoricha budaa kkkkk inshaalla gaaf tokko hawwin isaas keenyas bakka gaha ❤❤❤
@AliiDaarimuu
@AliiDaarimuu 4 күн бұрын
Video gabaabsuuf yaalii gara daqiiqaa 10 tti ❤❤ jabaadhu jeroo baayee sin hordofa!
@hhi4562
@hhi4562 4 күн бұрын
Abduu umriih nuu dheradhuu ❤❤
@GadiseMamo
@GadiseMamo 5 күн бұрын
Afaan oromoo asa'uun isaa bayyee dinqisifadhee dhugaa rabbii kutataa dhiraa
@tufawayesa
@tufawayesa 4 күн бұрын
Juwwee : qoricha Buda ! Galatoomii !!!!❤❤❤❤❤❤
@user-zy9pc2bv5x
@user-zy9pc2bv5x Күн бұрын
Amarrii nama achi keeysa qabdii akka fete hasofti kaa abiyyille oromo oto taate. Dafee ajjesa amarah akka inni sodaatu beekani. Akka fedhan hasawan #ammayyu wan maqaa jawariin gafiin kaate hanga abiyyin dalansiise ilalu dandettu
@user-xx2pb6un1g
@user-xx2pb6un1g 4 күн бұрын
Wowa🎉🎉🎉🎉🎉❤ abdiyee qacami godhii nuu fidhii🎉🎉🎉🎉🎉
@Robinaanaaf
@Robinaanaaf 2 күн бұрын
Jabaadhu ati waay'een mootumma fonqolchuu abjuudha
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 3 күн бұрын
Ddhugaa jedhee eyyeen tayeen wanuma dubatef malee mal balese baga ittii cabse erga taee dhugaa dubaranii bakka dhue buluu👌👌💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤
@HsghSagge
@HsghSagge 5 күн бұрын
❤❤❤ galatomii hojikeehedun jaladhaa oromtichakiyaa
@user-hj7le7er9x
@user-hj7le7er9x 5 күн бұрын
Umanii maf like hin gotani mucaa kanaf mal isinirraa hirisa yoo like gotanif 😢
@rozaahuseinarsii9863
@rozaahuseinarsii9863 4 күн бұрын
Namnii jabaa dhoofii hin jabesuu bar
@manhalam4141
@manhalam4141 Күн бұрын
Dhugaa ketii wly
@MudannootaSafuu
@MudannootaSafuu 7 сағат бұрын
Ajaaibaa Garuu Biyyi Garamitti Deemaa jira😮
@AmiinAmaan-b9z
@AmiinAmaan-b9z 20 сағат бұрын
Abduu jabadhuu lenca koo
@mohammedkedirayub7926
@mohammedkedirayub7926 4 күн бұрын
You Analysis good point 🎉
@FayyeeBiqilaa
@FayyeeBiqilaa 4 күн бұрын
Jabadhuu jabbaa koo abduu
@AlemayehuDiriba
@AlemayehuDiriba 4 күн бұрын
Abbooti gurguddaa jechuun keesota Hortodoksii jechuu isaa ti. Kan fonqolcha irratti qarshii gudda dhangalaasan isaan ta'a jedhee yaada akka kootti. Abbooti Gurguddo jechuun isaan natti fakkate, tilmaama kooti kun
@AbduroHarar
@AbduroHarar 4 күн бұрын
Jabaadhu ati abduu kiyya qaalii
@user-yj1ph4mi6p
@user-yj1ph4mi6p 2 күн бұрын
Maaltu isaa amaan Jawee nuf jiradhu ❤❤
@dabazewdie2607
@dabazewdie2607 Күн бұрын
Hero I proud within you
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 4 күн бұрын
Mashaalla 🎉🎉🎉abduu,jabadhu
@KamilaMuhammed-cl3zu
@KamilaMuhammed-cl3zu 3 күн бұрын
Rabbii jawari ilee achi keessaa hagalchu inshaa allah nama abbichun wali gale walin hojatu isaan hatasisuu😊
@user-cj7ul5hn6u
@user-cj7ul5hn6u 2 күн бұрын
Jabadhuu atii sagalee umata Oromoo ❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 4 күн бұрын
❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa ardaa mariif
@tasfayeKumara
@tasfayeKumara 3 күн бұрын
You are right
@khaledmohamed3830
@khaledmohamed3830 3 күн бұрын
Dhugaa Jawwar ❤❤❤ Jawee ❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 4 күн бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa NOMORE OF SOBIN HAYYOONNII UKN OBBOLEEYYAAN FONQQOLCHAA YAADDUUf Mootummaan biraa Fayyaa wal'aansaatii jiraa kanaafuu yeroon dance
@user-wf5gx9sf3i
@user-wf5gx9sf3i 5 күн бұрын
Ijoo Anatu isin dursee Harra
@makiama9561
@makiama9561 4 күн бұрын
Tolee 🙄☕🌭
@WaganeeKatamaa
@WaganeeKatamaa 4 күн бұрын
Jabadhuu❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹 Gotaa kenyaa
@rahimaa4228
@rahimaa4228 4 күн бұрын
Jawar Mohummade jenani jawarimaa senee afanin badee hangaa dhumaa dhagefadhee 😢😂
@AbdelaQasim-w8u
@AbdelaQasim-w8u Күн бұрын
welcome Abdu keenna
@singerbilisumabekele
@singerbilisumabekele 4 күн бұрын
Ani dhuguma jawar Mohammed abbaa qeerroon se,ee😂😂😂😂
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 3 күн бұрын
Dinqiidha kun dhugaa wowowowowowo ❤❤❤❤😂😂😂🥰🥰🥰nuuf haa jiraatuu
@ahmedtube8229
@ahmedtube8229 4 күн бұрын
Anuu vidiyoo kana jw md jettee irrati barreessi naan dhaggeeffachuu seene😅
@rozaahuseinarsii9863
@rozaahuseinarsii9863 4 күн бұрын
Anuu jawariin sehee Rikordii ke dafee Achii butee😂😂😂
@tajuaahmed7447
@tajuaahmed7447 5 күн бұрын
Abduu naf jiradhu 😊
@raamzaoro
@raamzaoro 3 күн бұрын
no abdii isin waamne kootta kan jedhe isa duraan yeroo gara aango dhufu abo fi kan isaan fakkatan alarra galche sani akkasitti sirressi😮😊
@KhanKhan12-jt5zi
@KhanKhan12-jt5zi 4 күн бұрын
Wal malee maal qabna ejo oro Amhara one day enshe Allah one love
@user-zy9pc2bv5x
@user-zy9pc2bv5x Күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅jaldeysso akkamitti lola wahee kursii ofiii😅😅😅😂😂😂😂😂😊
@user-fq3ln7py1h.oromoo
@user-fq3ln7py1h.oromoo 3 күн бұрын
Mashalaa mashalaa Rabin sirha.hajalatuu jabadhu.abdu.kena..hedu.sihordhofnaa.wly.jawe.koo.mal.gona.re.bakii.kun.sin.malaa.turee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@kerayub2681
@kerayub2681 4 күн бұрын
Abiy Ahmed has to GO!!!
@user-sg3vy6pw4n
@user-sg3vy6pw4n 4 күн бұрын
❤guddaa galatoomi dr Abdii qaalii ilma sabaa
@TtEe-jd4vk
@TtEe-jd4vk 2 күн бұрын
Jawer king ❤❤❤❤
@tememamusa4762
@tememamusa4762 4 күн бұрын
Abiyn guraa busee jewar Muhammed jenanaa😂😂😂❤❤❤❤❤ anuu akkasu seyee
@AyshaKadir
@AyshaKadir 5 күн бұрын
Jiradhuu sanyii❤❤❤❤❤❤
@user-zy9pc2bv5x
@user-zy9pc2bv5x Күн бұрын
King 👑👑👑👑👑 fear All becose he is kower 🎉😊😊
@ijjolleeoromo5
@ijjolleeoromo5 5 күн бұрын
As wr wb .jabaadhu jabaakeenna.
@Robinaanaaf
@Robinaanaaf 2 күн бұрын
Jabaadhu ati waay'een mootumma fonqolchuu abjuudha 😂
@abyatarseyoum2769
@abyatarseyoum2769 5 күн бұрын
Paarlaaman harraaa baayee nama kofalchiisa dhugaa❤😂❤😂❤😂❤😂
@MameTube-s2s
@MameTube-s2s 5 күн бұрын
❤❤❤❤jabaadhu leencakoo
@GHh-q3q
@GHh-q3q 4 күн бұрын
Jiraadhu qaalii koo❤❤❤
@MT_marsi
@MT_marsi 5 күн бұрын
Abduu koo jiraadhu ❤❤❤❤❤❤
@SadaGabi-ou7lr
@SadaGabi-ou7lr 4 күн бұрын
Jabaadhu sanyi koo ani abiyi kaana hin jaladhuu hin kijiba
@HbdHhd-uz2sm
@HbdHhd-uz2sm 4 күн бұрын
Atii yaroo wora amarinya nu hiki siriti ❤❤❤
@user-oo6gz5dq3l
@user-oo6gz5dq3l 4 күн бұрын
𝐊𝐚𝐚𝐧𝐢 𝐲𝐨𝐦𝐢𝐭𝐢 𝐬𝐢𝐥𝐚𝐚
@ganetlb4494
@ganetlb4494 4 күн бұрын
Wowwwww
@Schoolethio
@Schoolethio 5 күн бұрын
Jabadhu❤❤
@uzeefiimannuu4080
@uzeefiimannuu4080 5 күн бұрын
Ani afaan amaaraa hin beeku😢
@fatmahamad3409
@fatmahamad3409 5 күн бұрын
Abduu jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@msabba5432
@msabba5432 4 күн бұрын
Hinmaratanimo jawwarri parlama mall hojii demme biya kessayu jirachu dadhabe
@FAMIIYAA
@FAMIIYAA Күн бұрын
Good idea
@FahmiiJamaal
@FahmiiJamaal 5 күн бұрын
Jawar my king❤❤
@MusaabAbdusaalam-eo3xp
@MusaabAbdusaalam-eo3xp 5 күн бұрын
First view and comment
@MuraadHiqasoo
@MuraadHiqasoo 4 күн бұрын
Atii ma kijiibdaa oduu situu gorsaa duraa uf sireesee who keessaa tokoo ana afuftuu kuni yomu hin ta,u
@MY_LOVA532
@MY_LOVA532 2 күн бұрын
Aslkm Abdullah qali
@user-gs7gr9dn7q
@user-gs7gr9dn7q 4 күн бұрын
Usteeti
@tujiiman
@tujiiman 2 күн бұрын
Welcome
@hanatu
@hanatu 4 күн бұрын
❤❤❤
@user-zy9pc2bv5x
@user-zy9pc2bv5x Күн бұрын
😅😅😅😅😅😂😂😂 abiyyin kursimaa ofiittif akkatti😂iyyaa boohikaa😂😂😂😂😂😂
@uae12345
@uae12345 4 күн бұрын
Dadaa jaweee welcome
@BOONA_SABAA
@BOONA_SABAA 4 күн бұрын
Jawar Mohammad kun naf tahee
@HumnasaMengistu
@HumnasaMengistu Күн бұрын
Jabaakoo
@fuaadmammee7135
@fuaadmammee7135 5 күн бұрын
Abduu Anaa dhufuu
@kedirTemam-jc9yv
@kedirTemam-jc9yv 4 күн бұрын
Sabsaba 😢idile jette atille abdu 😢
@SufiyaanMuhamad
@SufiyaanMuhamad 2 күн бұрын
Abduu Abbaa waree😂😂😂
@fadismalkamilkitube8372
@fadismalkamilkitube8372 2 сағат бұрын
❤❤❤❤❤
@Abdee825
@Abdee825 5 күн бұрын
❤❤❤Nuuf jiraadhu❤
@ilyasjamal4304
@ilyasjamal4304 2 күн бұрын
Hin kofalchiifne hin rifachiise malee. Sodaatamaa fi jaalatamaa namaa JSM
@HawwaaKorso
@HawwaaKorso 4 күн бұрын
Anuu jawarni egaa turee
@mariamm-rj2wh
@mariamm-rj2wh 5 күн бұрын
Aysakam lknew aychlum abeden
@BakarMusa-xo8yo
@BakarMusa-xo8yo 4 күн бұрын
Yoyyaa ❤
@hhi4562
@hhi4562 4 күн бұрын
Jaweeeee kooo lubunaa tiyaa fidaa kee haa batuuuuu 😢😢😢😢
@Ittiinboharsuuf
@Ittiinboharsuuf 4 күн бұрын
I Bbc afan oromoo
@shaafiimomaanuur
@shaafiimomaanuur 4 күн бұрын
Akkana jawwee qoriicha Buda💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪 nuufi jiraadhu
@ShamsheShasha
@ShamsheShasha 4 күн бұрын
❤❤❤❤
@baaleemaddaawalaabuu8929
@baaleemaddaawalaabuu8929 4 күн бұрын
Malfi murtee afaan Oromoon abo Habashaa irraayu dubacha olitee hin tanee atilee abo
@nasartube2437
@nasartube2437 3 күн бұрын
Abyi ❤❤❤
@bestebeste2053
@bestebeste2053 5 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️
@user-zy9pc2bv5x
@user-zy9pc2bv5x Күн бұрын
Abiyyin 😂😂ijji buqaate 😂😂😂😂 gf jawwe seeha😂😂😂😂😂😂
@leencobesst
@leencobesst 4 күн бұрын
Aa❤❤❤❤
@leencobesst
@leencobesst 4 күн бұрын
Asc
@user-id8ec3xi8x
@user-id8ec3xi8x 3 күн бұрын
❤❤❤❤👍👍👍👍👍
@Kamaalnurii
@Kamaalnurii 3 күн бұрын
@user-zo1vp6zw7w
@user-zo1vp6zw7w 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Mikiyasman-sr1dt
@Mikiyasman-sr1dt 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@homealawadhi2087
@homealawadhi2087 3 күн бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍
@user-gh5ie6sp1d
@user-gh5ie6sp1d 5 күн бұрын
🎉🎉
@FanoosFanoos-bk7kt
@FanoosFanoos-bk7kt 2 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 3 күн бұрын
Kan yoomiiti garuu😂😂😂
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 5 күн бұрын
Aboiyot 😊
Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ]  Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa  duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.
42:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 93 М.
That's how money comes into our family
00:14
Mamasoboliha
Рет қаралды 8 МЛН
Happy 4th of July 😂
00:12
Pink Shirt Girl
Рет қаралды 39 МЛН
3M❤️ #thankyou #shorts
00:16
ウエスP -Mr Uekusa- Wes-P
Рет қаралды 13 МЛН
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 36 М.
ሞኒካ ካብ ኣስመራ ፈጨጭ እዩ በይ
11:12
Awita ፍቅር
Рет қаралды 16 М.
Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa  Shaggar -  Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame
1:06:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 76 М.
ፓርላማ ላይ የቀረበው ጥያቄ እና የጠ/ሚሩ ምላሽ | PM Abiy Ahmed
29:30
Heavy package 🤭🤣 #demariki
0:25
Demariki
Рет қаралды 2,6 МЛН
小天使生病,去学校被嘲笑,最后太有爱了#short #angel #clown
0:56
Хотел вывести 🤣❤️
0:54
Dragon Нургелды 🐉
Рет қаралды 617 М.