Jiruu baqaa

  Рет қаралды 127,203

Najjaash Mohmmad Ibraahim

Najjaash Mohmmad Ibraahim

3 жыл бұрын

Duraanis waa fedheen baane jiruun baqaa naaf hintaane ja,a baqataan keenya kan biyya ormaa

Пікірлер: 258
@HamzaSheikhJabir
@HamzaSheikhJabir 3 жыл бұрын
masha allah galatoomii waan ajaa'ibati hojjatee gorsa gudda qabdi 🥰👍😭
@gaaddisaashamsuu9110
@gaaddisaashamsuu9110 3 жыл бұрын
Utaziii Galtomiii anii hodofaa ketii si jalnini arigachuu dadayee utazii Hamza shekii jabirii
@zamaangaali1856
@zamaangaali1856 2 жыл бұрын
Boss
@RORASTUBE
@RORASTUBE 3 жыл бұрын
Jiruu Baqaa Rabbi Nuhaa Dayu
@healthfood3353
@healthfood3353 3 жыл бұрын
Ustaz najash mashAllah yaro hunda wan dema jiru walin hedu gama kettin sosota MashAllah dandetiin tetis jabdudha rabbiin umri nuf si ha dheresu. Jabadha nule nu jabesa jazan kesan janata
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 жыл бұрын
Mashalhaa mashalhaa jabadhaa ustaza kenyaa mee wori ustaza kenyaa jalatani like
@sabronuree8900
@sabronuree8900 3 жыл бұрын
INANILAH YAARABII YAARABII nuraa guti
@ziyaadmohammed8959
@ziyaadmohammed8959 3 жыл бұрын
Jaabadhu ustaaz koo
@zainabZainab-jd1ue
@zainabZainab-jd1ue 3 жыл бұрын
akka Hamza Shek jabirti sagale tafii warrii KZfaqrii Ordoftota Guddaa Qabdanu
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Mashaa Allah ustaazii keenya jzk rabbiin isin irraa haa jaalatu uuuuffff jiruu biyya baqaa tana rabbiin gahe nuun haa jedhu😭 wollaahi nashiidaan tun akkaan nama mararti
@user-gx3xx3uf2f
@user-gx3xx3uf2f 3 жыл бұрын
mashaa allah Tabarakkallah Allahu akhbaar
@ahmednasirabdi1805
@ahmednasirabdi1805 3 жыл бұрын
masha Allah natti tolte from Hamza Sheikh Jaabir
@shukuribakar9767
@shukuribakar9767 3 жыл бұрын
Masha Allaha masha Allhaa masha Allhaa bayee baredaa jaza kalahu kerani
@nasiibann3462
@nasiibann3462 3 жыл бұрын
Masha allah heddu namatti tola keysaahu yero amma tana waliin jabadhu siif haa laffisu obbolessa koo
@simalemamestar127
@simalemamestar127 2 жыл бұрын
Mashallah 😭😭😭😣💙💛💗💕💞💝❣💛💟💜💟❣💝hedduun gammadee
@nabilmuyedin3795
@nabilmuyedin3795 2 жыл бұрын
Masha allah dhuga nashida qalbi tiyya na futte
@sumeyatube7351
@sumeyatube7351 3 жыл бұрын
Maashaallah Maashaallah tabbarikallah ❤️
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Maashaallah Maashaallah rabbiin isiin irraa haa jalatuu baabaa koo
@faalmatuamaantifsabbaa240
@faalmatuamaantifsabbaa240 3 жыл бұрын
Mashaallah ustazaa kenyaa rabbii umrii keessani nuuf haa dheeressu inshaallah yaa ummata musilima utazoota kenyaa KZfaq isaani haa guddisinuf waan bay'ee isiin irraa baranaa
@ziyaadmohammed8959
@ziyaadmohammed8959 3 жыл бұрын
Anaatu dura laale dhugaa Rabbi
@zaharabintseyid1188
@zaharabintseyid1188 2 жыл бұрын
jazakumullahu keyran jazaa mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah
@MuasMohammed-gx5im
@MuasMohammed-gx5im 4 ай бұрын
Mashaa Allah jabadhu Najjash kiyya naf jiradhu umir dhiradhu Rabbbiif jacha sii jalaladha
@radiyee6341
@radiyee6341 3 жыл бұрын
Wel come ustazsii kenyaa
@abdumalikmume8388
@abdumalikmume8388 2 жыл бұрын
Maashaa Allah Rabbiin sirraa haa jaalatu Jabaadhu rabbiin si haa gargaaru
@mammeeabduraman4002
@mammeeabduraman4002 3 жыл бұрын
Masha allah rabbiin jiruu baqaa nuhaa dayu warra baqatellee nagayaan nuuf hagalchu
@umuyasmir2863
@umuyasmir2863 Жыл бұрын
MàashaaAllah MàashaaAllah MàashaaAllah MàashaaAllah MàashaaAllah MàashaaAllah MàashaaAllah yaa ustzaa kiyaa raabbin umirtee hadheresuu Lubbun tenyaa fidaa kesan hatatuu ulmatenyaa😭😭
@sultanjeofficial790
@sultanjeofficial790 3 жыл бұрын
Maashaa allah ustaz najjashi galatooma sagalee ummata keenna taatani
@ibsituuabarhiim6533
@ibsituuabarhiim6533 3 жыл бұрын
Mashallah mashallah ustaaza kenya
@user-tl8ef4ds3e
@user-tl8ef4ds3e 3 жыл бұрын
Maasha Aallahaa tabarakalaa rabbii Isii raa haa jalatuu utaaza kenya umurii nuu dheradhaa amalee, Dhugaa jiruu kanumaa 💯💯💯💯💯❤️❤️❤️❤️
@maliyaamuhammad5083
@maliyaamuhammad5083 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭👈🏻 wallahi Nashidaa tunii naa buchiteee😭 Maaashallah maaashallah Tabarakallaaah Rabbiin isiniieraaa haaa Jallatuuu Jzk
@qayootube4677
@qayootube4677 3 жыл бұрын
Ustaz bayeen si jaladhaa ❣
@calaayoutube4575
@calaayoutube4575 3 жыл бұрын
Mashaa allah bayee namaa tolaa Jabadhaa
@dydgnvjc6859
@dydgnvjc6859 3 жыл бұрын
Mashallah eeeeee wollahi ufffffff jiru baqa argasa biiyya ofi kessatti rakkatan namatti hin mullatubo
@abdotube3859
@abdotube3859 3 жыл бұрын
Mashalah jabadhu ustaz
@najimaalalisaa8833
@najimaalalisaa8833 3 жыл бұрын
As wr wb Masha Allah ustazaa kenyaa qalii jzk Allah 😘😘😘😘🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@zeyiinaabmuhammad487
@zeyiinaabmuhammad487 3 жыл бұрын
Masha Allaah dhufee naa yaamii maamatoo 😭😭😭😥yaa rabbii nagaan nuu gaalchii yaa rabbii ☝️😥
@hayatmahamed1648
@hayatmahamed1648 3 жыл бұрын
mashallah rabbin sirra ahaa jalaatu najjash kenya jzkl kher
@FatimaFatima-bi2fs
@FatimaFatima-bi2fs 2 жыл бұрын
Maashaaa maashaaa maashaaa maashaaa maashaaa tabarakallah rabbiin isiiniiraa haa jalatuu Jzk jezaa kessaanii jenataa isiiniifi Haa ta.uu Usutazaa kenyaa
@IbrahimIbrahim-wd2mr
@IbrahimIbrahim-wd2mr 3 жыл бұрын
Jazakumulahu keyran jaza umrii dheradhu Ustaz kenyaa
@asyhamohammad6728
@asyhamohammad6728 3 жыл бұрын
Maashaalla Allah Maashaalla Allah Maashaalla Allah Maashaalla Allah jzkee ustzaa keenaa Noooooruuuu
@yoomiftube1841
@yoomiftube1841 3 жыл бұрын
MashaAllah MashaAllah MashaAllahMashaAllah MashaAllah MashaAllahMashaAllah MashaAllah MashaAllah ustaaz keenya
@jebrilkedir8844
@jebrilkedir8844 2 жыл бұрын
Mashaalah mashaalah Allah jzk ustaz keenyaa
@hafizhussen9018
@hafizhussen9018 3 жыл бұрын
Mashalaha jazakalha heduu takka nati tilee anilen jiru baqa keessa nama toko
@sifanoroo3786
@sifanoroo3786 3 жыл бұрын
Maashaalla Maashaalla yaa rabbi jiruu baqaa tanaa yoom baana
@hgtu296
@hgtu296 3 жыл бұрын
Mashllhaa rabbiin sirra haa jalatuu
@rozaarozaaoromoo2309
@rozaarozaaoromoo2309 3 жыл бұрын
Mashaa alhaa rabii umri isn ha kayuu
@kalidkadir3687
@kalidkadir3687 2 жыл бұрын
Masha Allah ustaza Keenya umrii nuff dheeradhu merci beaucoup mon frère
@faxumajamal869
@faxumajamal869 2 жыл бұрын
Maashaa Allah Taabbaarakahalaa rabbiin umurii issiin haa dheresuu inshaa Allah nuufi jiraadha 💔💔💔💕💕💖💖
@mucatiioromoosanyiijawwar5040
@mucatiioromoosanyiijawwar5040 3 жыл бұрын
Masha Allah Rabbii umurii isinii haa dheresuu ustazaa
@batishow6190
@batishow6190 3 жыл бұрын
Maashallaah hedduu nuuf galatoomi jabaadhuu itti fufi ammas
@habibabas9805
@habibabas9805 3 жыл бұрын
Walaahi hojii yeroo fakaatu hojeete Maasha allah Jabbaadhu
@meshonuri3182
@meshonuri3182 2 жыл бұрын
Mashaa Allahaa jzk keyraan ustaaz uuuff jiru baqaa😭
@safiyaarsicolleelijji6919
@safiyaarsicolleelijji6919 3 жыл бұрын
Mashaa Allhaa ustaza keenya Rabbi isnirraa haa jalatùu jzk keeyri 😭😭☝️
@sumayamomasani848
@sumayamomasani848 Жыл бұрын
Ustaz kenya masha allh jabadhu
@zainabZainab-jd1ue
@zainabZainab-jd1ue 3 жыл бұрын
😭 Jeezan kesan jeennata haa ta'uu dhugaa kenyaa Ubbatani Nuuf dubata jirtuu😭
@ammeeoromoo3966
@ammeeoromoo3966 3 жыл бұрын
Juradha du.ai godhaf ijole saudi Arabia jiran tan rako humatu kesa jiran
@jeylannure5465
@jeylannure5465 3 жыл бұрын
Maashaa Allaah Tabaarakallaah! Ustaaz jazaakallaahu keeyri! Jiruun biyya ormaa akkuma Nashiidaa keessatti ibsitan kana! Yaa Allaah Ummata keenna biyya garagaraa keessatti rakkataa jiru ati nuuf dhaqqabi!🤲
@alfiyakadir7216
@alfiyakadir7216 3 жыл бұрын
Mashaa Allaah rabbii umrii kessaan nuf haa dheresuu Ustaaz kennaa qalii wly nashidaan kessaan hundii hedduu nattii tolaa mashaa Allaah jzk 💗💗💗❤❤❤❣❣
@mahboobathyoub9793
@mahboobathyoub9793 Жыл бұрын
Mashaa allh Mashaa allh 🥰🥰🥰
@hf8h3v2
@hf8h3v2 3 жыл бұрын
Well come back my blood
@muaazabdusalaam7292
@muaazabdusalaam7292 3 жыл бұрын
Ustaz kenya jabadhu
@BaratuuILmmii
@BaratuuILmmii 3 жыл бұрын
Yaa Rabbii Atii dadahadha nubasi ifati hudaqubaqada nuf araramii badite nyaa gododha nugargari Yaa Allaah
@zahramuhammed657
@zahramuhammed657 3 жыл бұрын
Yaa Rabbii yaadaa fi murdaa Namaa Gutii @😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🕋🕋
@alfiyakadir7216
@alfiyakadir7216 3 жыл бұрын
Mashaa Allaah Tabarakallaah rabbii isinirraa haa jalatuu
@imaninspire7766
@imaninspire7766 3 жыл бұрын
Maasha allaah wallaahi waan hedduu namatti tolu hojjachu jirta! Ustaaz Najjaash Muhammad galata kee RABBIIN addunyaa irratti bilisummaa fi qananii aakhiraatti immoo jannata gararree ollaa Nabi Muhammad S.A.W Nama Nabi bira taae mallaa irra dhungatu sihaa taasisu. Ani RABBIIF jechaan isin jaaladha!
@user-pb1wb9ez4j
@user-pb1wb9ez4j Жыл бұрын
masha allaah masha allaah tabarakallaah umrii nufi dheerraadhaa❤❤❤
@madinazaynu7382
@madinazaynu7382 2 жыл бұрын
Yaa. Rabbi Gabrumma nu didi
@sabotuuarsiiarabguguuoromi8902
@sabotuuarsiiarabguguuoromi8902 3 жыл бұрын
Mashaalllaa ustza Kenyaa wayii jiruuu biyaa ormaa ormuumaa walii.
@magemohamed
@magemohamed 4 ай бұрын
Masha allh yaa obbalesaa kiyaa najasha❤❤❤❤❤
@semiram7227
@semiram7227 3 жыл бұрын
Mashallah mashallah rabbi sinira ajalaatu
@maahirabdallaa8012
@maahirabdallaa8012 2 жыл бұрын
Maasha allaaha hedduu takkaa baredadha
@anawarshaamil5119
@anawarshaamil5119 3 жыл бұрын
Mashaa Allah Rabbi sirra jaalatu ustaaz keenyaa jzh
@user-vw8wk3rx5c
@user-vw8wk3rx5c Жыл бұрын
masha allah umri rabi sihadherysu
@hindiioro8839
@hindiioro8839 2 жыл бұрын
Mashallaah tabarikalaa ijara hafii galatoomii 😍😍😍😍☝️☝️☝️🤲🤲❤❤❤💖💖😭😭😭😭😭🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦☝️☝️☝️🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦💖😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️😭😭😭
@IlmiiTube
@IlmiiTube 3 жыл бұрын
Ustaz kenya jabdhu qali nama
@muzeahmad1998
@muzeahmad1998 Жыл бұрын
Mashaa allah
@gaaddisaashamsuu9110
@gaaddisaashamsuu9110 3 жыл бұрын
Horii dofii totaaa hazaa shekii jabirii
@anasturo8727
@anasturo8727 3 жыл бұрын
Fayyaa tahaa ustaz #najjaash
@rahima2407
@rahima2407 3 жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢😢 Dhuga ketii wolaya rabbin jele naa haa basu
@oro_too
@oro_too 4 ай бұрын
Mashallah Mashallah ❤😭😭
@firoofiroo9023
@firoofiroo9023 3 жыл бұрын
Wow masha allha ustaza kenyaa bayyee naf galatomi
@hamzalencaislaamaa7854
@hamzalencaislaamaa7854 3 жыл бұрын
Mashaa Allah nuf jiradhu
@sumeyatube7351
@sumeyatube7351 3 жыл бұрын
Keessa banna inshaallah
@alimahmod3036
@alimahmod3036 3 жыл бұрын
Maaashaallh maaashaallh jzk ustaazaa keeynaa 😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭😭
@GgEe-yt1kz
@GgEe-yt1kz 8 ай бұрын
Mashaa Allah tabarak Allah 🥰🥰☝️🤲
@misraabintiganna6042
@misraabintiganna6042 3 жыл бұрын
Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah rabbii umrii kessaan haa dherreessu Inshaa'Allaah
@ayubtaju7972
@ayubtaju7972 3 жыл бұрын
Ustaaz galatoom sanyii
@obsee6808
@obsee6808 3 жыл бұрын
Mash allah heddu bareduu
@bonsahd2161
@bonsahd2161 3 жыл бұрын
mashaa allaah rabbii umrii dheertu siif haa keenu
@samiraatubi2043
@samiraatubi2043 3 жыл бұрын
Mashaa Alhaa
@haniyeeoromoo2371
@haniyeeoromoo2371 3 жыл бұрын
mashaAllaah Jzk ustazii kenyaa
@iftuabdii2616
@iftuabdii2616 3 жыл бұрын
Yaa rabbi nura gutii
@iftuabdii2616
@iftuabdii2616 3 жыл бұрын
Dhugaa keetii ustaz
@tajjudiinnajjash6007
@tajjudiinnajjash6007 3 жыл бұрын
Wel com ustaza kenya
@BaratuuILmmii
@BaratuuILmmii 3 жыл бұрын
Mashaa Allaah oboolleyssa kenyaa munashid kenyaa kabajamaf jaallatama Jazaakumu Allaahu kheyran Yaa Rabbii nufurii rakontanyaa gododha nugargari Yaa Allaah
@mahadawmahadaw288
@mahadawmahadaw288 2 жыл бұрын
Umrii dhertuu rabbiin siif kenuu
@bashaahaji5742
@bashaahaji5742 3 жыл бұрын
Mashallah
@fahmimuhammad2448
@fahmimuhammad2448 3 жыл бұрын
Wooow masha Allh 😿😿😿🙏
@NasraddiinAbdallaa
@NasraddiinAbdallaa 3 жыл бұрын
Maashaa allaahu galatoomi yaa ustaaza keenya 💪
@mariamm5637
@mariamm5637 3 жыл бұрын
Mashaa allah rabbiin isiniraa haa jalatuu kun wan dhugadha😭😭❤
@misramisra9282
@misramisra9282 5 ай бұрын
Mashallaha Tabaarakallaha 🥰🥰👍
@emaneskander123
@emaneskander123 3 жыл бұрын
MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah
@IbrahimIbrahim-wd2mr
@IbrahimIbrahim-wd2mr 3 жыл бұрын
Masha allaah Ustaz
@gishuburka3220
@gishuburka3220 2 жыл бұрын
mashallaah garaaa naa badee akka malee uuuuufii
IQ Level: 10000
00:10
Younes Zarou
Рет қаралды 10 МЛН
WORLD'S SHORTEST WOMAN
00:58
Stokes Twins
Рет қаралды 114 МЛН
Llegó al techo 😱
00:37
Juan De Dios Pantoja
Рет қаралды 58 МЛН
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 47 МЛН
New neshida Af Soomaali fi Afaan Oromoo 2015
6:33
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 353 М.
wuddeetaa
6:58
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 172 М.
new Album 2022  nashiidaa Abdurahman Hussen  v.15  part B
28:15
Abdurahman Hussen
Рет қаралды 261 М.
best nashida Afaan oromo by Najjash mohammed /kotta tokkotaana
43:19
Xaliyan Tahir
Рет қаралды 118 М.
#oromo #ethiopianmusic #nashiidaa Najjaash muhammad dhimma fasxiin
6:02
Mahadii Mohammed Official
Рет қаралды 69 М.
Abu Hamzaa Allaahu allaahu nashiidaa aafaan oromoo
8:34
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 480 М.
Nashiidaa afaan oromoo Daa'iwwan alaaf keeysaa @Najjaash Mohamme
13:57
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 460 М.
video duaaii nashiidaa afaan oromoo@najjaashmohmmadibraahimANMI
7:29
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 361 М.
Masjiida aqsaa fi salaahaddiin al ayyuubi
23:24
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 234 М.
IQ Level: 10000
00:10
Younes Zarou
Рет қаралды 10 МЛН