Kaffaaloon yeroo muddamee hafuurri itti citu salphina😁 Ibsa ABO maal jedha? ajjeechaa battee irratis

  Рет қаралды 26,362

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 106
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 2 ай бұрын
Duraan dursa Rabbiif galata galchudha Alhamdulillaah kan namichaan machooftuun tun seera jala ooltee. Dhugaan hiinqaldhattii malee hiin cittuu jedhanimiree . Haanga ammatuu seera jala oolluu dhabuun isaattuu seerii isa hordoofu hiin jiruu namattii muldhisaa huundaafuu baga qabamee. Dhugaa jaal batteelee Rabbiin guyyaa tokkoo akkanumatii basa dhiiga isaa namninuu basuu dhabu Rabbiin hiinbasafii inshaa Allaah. Akkasummas waamichii ABO godhees waamicha sirriidha Rabbiin biyyaafi biyyoo keenyaaf nagaha haabusuu.inshaa Allaah. Galatoomi Abdu .
@AsiaKsa-zp1kx
@AsiaKsa-zp1kx 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AsiaKsa-zp1kx
@AsiaKsa-zp1kx 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MariamMiram
@MariamMiram 2 ай бұрын
Alhamadullilah galata rabbi kan namicha afaan xaasa kan seera jala olefi galani rabbin haa gahu
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Rabbi dhugaa isaa Haa baasuu😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@salametenesh9968
@salametenesh9968 2 ай бұрын
Þtgt 5:01 yýyýyýy😊6😅ùu787u😅ùy7
@AffectionateCoconut-ob6im
@AffectionateCoconut-ob6im 2 ай бұрын
Galatomii abduu kenyaa qalii nama wontaa dhugaa irattii hundayee wa nu fiduu simaa qabnaa hin danda'amu malee silaa lakkii Kuma si godhaa
@Abdee825
@Abdee825 2 ай бұрын
Qalii namaa baay'ee si jaalanna atin nama jabaa sabaati wlh sifaarsuu osoo hin taane atin hayyuudha garuu waan tokko si yaadachiisufedha waahee gama titkin deema jiru san tasumaa waan isaani hin dubbatin ummani baay'een qaata sammudhaan yaadudhisanii kanaafu tokko tokkoo isaanituu hin gorsinilee dhisii laali qofa ok qalii namaa ❤🙏
@hanatu
@hanatu 2 ай бұрын
❤Dhugaa ketii
@Abdee825
@Abdee825 2 ай бұрын
@@hanatu dhugaadhan buli❤️
@gjnn-fg4iy
@gjnn-fg4iy 2 ай бұрын
Alhamdulliillah rabbiin ammaallee qabaa isaa isaatii haa jabeessuu kuni qabaa namaatii alhamdulliillah kama rabbiin gurbattii fexee sanii qaba
@user-qq6uh3ih8e
@user-qq6uh3ih8e 2 ай бұрын
Afuuftuu jawaar/gantuun afaanii sin bu'u xibaartuu maalummaan kee gabaasa kanaan saxilame sobduu ganamaa galgala jawaar jawaari jechaa oolta
@Muldhisaa11
@Muldhisaa11 2 ай бұрын
Ana dhugaa natti hin fakkaattu hidhamuun Gurbbaa Bakka Abii Lahab bu'ee Nabiyyii keena qeequratti ofii if qeeqe kun, Mee Polisoota isa qaban Suura isaanii maaf hin muldhane Ethiophia keesatti Waraani yoo nama qabe Akkanatti Suuraa of kaasaa akkanatti utaaluu caarraa namaaf kennaa kun Soba natti fakkaata.
@user-pw4sr2ng4f
@user-pw4sr2ng4f 2 ай бұрын
Alhmadulillah bagaa qabamee
@TamanaaasmamawObsineetasmamaw
@TamanaaasmamawObsineetasmamaw 2 ай бұрын
ajjeechaa nuu irraa haa dhabbatuu maaliif dararamaa oromoon
@IbsaaDggafaa
@IbsaaDggafaa 2 ай бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣 dhugaa jeetee Abdu kaan biyyaa xiiqesuu amalee yaa salpatuu
@user-pw4sr2ng4f
@user-pw4sr2ng4f 2 ай бұрын
Mashaa Allah bro ❤
@samiyaahmed7911
@samiyaahmed7911 2 ай бұрын
Thank you god
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Wel come abdii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Abdee825
@Abdee825 2 ай бұрын
Dhuftee jabaa koo❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤if hifannoo Minister fayyaan Biyyaattii Seeraa Seeraa Canadian Harkiis kabajaan Dirqama Fayyaan maal jettii Mudannoo Salphina kaffiyalow Cufaa
@ebsayusuf1
@ebsayusuf1 2 ай бұрын
Gareen Ergama qaama Tokkummaa Oromoo hin jaallanne irraa ergama fudhatanii Ummaticha walitti buusuudhaan fundiin kaffalamuuf kanneen yoo walitti bu'uunsi hin jirre beel'an hundisaanii To'annoo seeraa jala Oolfamanii murtiin barsiisaa ta'e itti kennamuu qaba.
@AmaneAmanhassen
@AmaneAmanhassen 2 ай бұрын
Rabbiin dhugaa biyya San keessatti awwaalame haa baasu
@Hasanibrahim-pt7wd
@Hasanibrahim-pt7wd 2 ай бұрын
👍👍👍
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Ragaa Ga'umsaa Socila media Hawaasa kee kan dhibeefi Fayyaaa kee waliin argituu /arginuu turee Biyyaan jibbaamee Kaffiyalow Tufaa Ol'anttummaan Seeraa ifaa irraatti takkaa Jenneeraa
@umarhasan8722
@umarhasan8722 2 ай бұрын
Abdi khenyaa ❤
@user-gy5nr2go6g
@user-gy5nr2go6g 2 ай бұрын
Jabaadhuu ittii fufii!
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 2 ай бұрын
Rabbi dhugaa issa haa baasuu 😭😭😭😭💔💔💔☝️
@user-vc5yz1pr7u
@user-vc5yz1pr7u 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@mohammedtussa4847
@mohammedtussa4847 2 ай бұрын
Adeemsaa seeraa qaama seeratiif dhiisun murteessadha ajajaa qabiinsa gaafachuun isaa sirriidha akkamti yoo jettee poolisiin namaa yakkaa hojate ajajaa qabiinsaa malee qabu kan danda'uu 1ffaa shakkamanyeroo yakka rawwatuu 2ffaa shakamaan tokkooyakkaarawwaateyoo miilquufii yaalii godhuufi iyyaansii Ummaata dubaan yoo jirattee qabu ni dandaama akkaaatan gaafi isaa seeraa qabessa namnii kun ergaa dhiimmaa kanaan shakkamee baati 1 olii ajaja mana murtii itti baasun qabun ni dandamaa jechumaafi hubadhu adeensa seera qaama seeraatiifi osoo dhiifne gaarii naati fakkaataa 33
@iamoromonotethiopia3095
@iamoromonotethiopia3095 2 ай бұрын
Yaa Allah eliminated AbiyAhmed dictatorship Nama nyata
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 2 ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💕💕❤️❤️💖💖💞💞👍💯☝️
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂Allaahamdulilah yaa rabbii kifalo 😂😂😂😂
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Gaafa barsiiftan galatoomii Hayyuu Abshaalummaa Aswrwb hin dagannee Nageenyaa ashamaa yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa
@MadinaMadina-pu1rq
@MadinaMadina-pu1rq 2 ай бұрын
🎉
@darakkutube5243
@darakkutube5243 2 ай бұрын
Baga qabamte yaa adawwii rabbii
@SanyiiTaddasaa-mx6gg
@SanyiiTaddasaa-mx6gg 2 ай бұрын
❤andu keenyaa nuuf jiradhu
@user-qm8lh9zx4x
@user-qm8lh9zx4x 2 ай бұрын
Wel come ❤❤❤❤
@hanatu
@hanatu 2 ай бұрын
❤❤Qalii namaa jabadhuu
@SofiyaHedato
@SofiyaHedato 2 ай бұрын
❤❤❤
@user-zo8vh1od7r
@user-zo8vh1od7r 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 2 ай бұрын
😭 Yaa Oromo henee dudinee hunedumetuu Oooooromumadaaa.
@AmiirrYusuf
@AmiirrYusuf 2 ай бұрын
Amiirr yusufu
@muminahmuhamad8382
@muminahmuhamad8382 2 ай бұрын
Rabbi dhigaa.isa.haa.bassuu😢😢
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 2 ай бұрын
Abdu good job ❤❤❤
@user-qf2ps3mf3h
@user-qf2ps3mf3h 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@uaess9428
@uaess9428 2 ай бұрын
Kaffiyaalowu moo ziqqi yaalon jettan kun osoo fannisaniyu itti xiqaata wasaka namaati xawalwaalle
@CarcarTube-io9kx
@CarcarTube-io9kx 2 ай бұрын
Komishiinicha fi komishiinarichi garaagara As keessatti komishiinarii osoo hin taane kan ati dubbisaa jirtu komishiiniidha akkasitti sirreeffadhu jaaloo
@cirooahmadiin1261
@cirooahmadiin1261 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabadhu dhira
@yonasteso9937
@yonasteso9937 2 ай бұрын
Jabaadhu
@user-kw6lu9wx8y
@user-kw6lu9wx8y 2 ай бұрын
Nuuf jiradhu qalli ko sifaana jirra💘✅✅✅
@shawakaba
@shawakaba 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂😁baagaa.hiidhaamee
@user-kh7jv9po6p
@user-kh7jv9po6p 2 ай бұрын
Kaffaalloo gaafiin inni gaafatu gaafii sirri yoo tahees inni garu nama gadhee seerrii kamu isaaf mirga dhala namattii hin kenamiine isaaf kenamee Waan tahee hidhamuuf seeraan gafatu qofa osso hin tanee hidhaan Umrii gutuu irratti darbu qaba!!??
@Belete_M_M
@Belete_M_M 2 ай бұрын
Police hin fakatani isanuu Leba kanin
@user-ft7kd7sb5s
@user-ft7kd7sb5s 2 ай бұрын
Qabamun isa dhugaadha polisin birati hin argaamu
@sameeraethiopia9880
@sameeraethiopia9880 2 ай бұрын
❤❤❤🎉
@lucooapp4206
@lucooapp4206 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤Abdu koo
@laxiffaahamad
@laxiffaahamad 2 ай бұрын
❤❤❤❤🎉
@gvv1842
@gvv1842 2 ай бұрын
😢
@tigistlammaa8440
@tigistlammaa8440 2 ай бұрын
Abduu pls you tube bilbili irraa garaa bilbila birati akkaamiti dabarsuu nuf hojedhu me
@user-kx5hh9wj9c
@user-kx5hh9wj9c 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 2 ай бұрын
❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢አይይ
@user-zq6zw1nj7l
@user-zq6zw1nj7l 2 ай бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉
@SalahaddiinAhamad
@SalahaddiinAhamad 2 ай бұрын
😭😭😭😭
@madinaganaso2814
@madinaganaso2814 2 ай бұрын
Yes baga boye arumale taatu
@user-fq3ln7py1h.oromoo
@user-fq3ln7py1h.oromoo 2 ай бұрын
Rabin dhughaa.ihaa.nu.habashù😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@tadichaguyo290
@tadichaguyo290 2 ай бұрын
The Ethiopian human rights commission is nothing but a PROSPERITY PARTY.
@SfDd-gf5bd
@SfDd-gf5bd 2 ай бұрын
jabadhu dhira ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HayatHayat-ud9go
@HayatHayat-ud9go 2 ай бұрын
ልጁም ችግር አለበት ስድብ ይወዳል
@HadabbaTiyyaa
@HadabbaTiyyaa 2 ай бұрын
Kuni soba duriye woli galte akkana goti male police hin fakkatu
@mdrima6548
@mdrima6548 2 ай бұрын
😂😂 ayiiorom zarehy 🐂 ayiiorom 🐂 balazihy😂😂😂😂😂😂❌🇧🇫❌🇧🇫❌👈🏽😤🤸🏽
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 2 ай бұрын
Ethiophia ngya hn beytus ,Dhuganis hn jirtu isan biraas ,tanafu ofegaanon goodhu qaban hunda oliti
@AhmedMohamed-zw2lx
@AhmedMohamed-zw2lx 2 ай бұрын
Hasawa miidiyaaf tolfate shiqallaf jecha maxanse so
@user-vs8be9gs2y
@user-vs8be9gs2y 2 ай бұрын
Bagaa gammaddan ❤❤❤❤❤❤
@JuharHasan-yg9th
@JuharHasan-yg9th 2 ай бұрын
dhugaa keeti abduu
@DentaTolesa
@DentaTolesa 2 ай бұрын
Hi
@muktaraballa5643
@muktaraballa5643 2 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-bm8vy5ov5x
@user-bm8vy5ov5x 2 ай бұрын
atis nama seera beeku fakkaatta gaafa haasoftu namni kuni kanaan dura maaf hin toatamne? namoonni amma qabuuf dhufanoo enyufaat?i miidiyaa dhugaa dabarsu yoo taate atis of ilaali atiyyuu rakkina qabda??????
@getachewtolosa1223
@getachewtolosa1223 2 ай бұрын
Kafalewn sirrii hin dubbanne, amantii Nampa tuquun sirrii miti wanti Oromoon as baatee jettu kun garuu baayyee nama gaddisiisa.
@user-tn2dq2gd9d
@user-tn2dq2gd9d 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@Asliyatube37
@Asliyatube37 2 ай бұрын
Abduu hadaraa kee keessaan na dubbisi Sitti hajamee
@user-kh7jv9po6p
@user-kh7jv9po6p 2 ай бұрын
Gadheen Seera eessaattii beekitti qaba qaba gadhee haa qabamu!!
@andualemgosa82
@andualemgosa82 2 ай бұрын
Comment jalqabaa 😊
@Kadiir_kaatibee
@Kadiir_kaatibee 2 ай бұрын
Alhamdulillaahi baga rabbi isa qabe wlh🙏 baay'ee tokko itti gammade, Galanni keeti yaa Rahmaan.
@galaaneetuffa8665
@galaaneetuffa8665 2 ай бұрын
Maybe he needs mental health help and din’t have to worry about prison 😅!
@muktarhebo9929
@muktarhebo9929 2 ай бұрын
Ziqalo tasgabayii
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 2 ай бұрын
Ngyati
@OroKush773
@OroKush773 2 ай бұрын
Jaba koo Galtomii
@user-qm6pc7km5u
@user-qm6pc7km5u 2 ай бұрын
😤😤😤😤😡😡😡😡
@HayooMeetoo
@HayooMeetoo 2 ай бұрын
Mataa isaa facaasuu qaban
@Kenachalamaru
@Kenachalamaru 2 ай бұрын
Oromoo dubbiin keenya bitaa namatti galti. Gafa leencaa Kee ajjeestuu saaree diinatu sii nyata!!!
@HadabbaTiyyaa
@HadabbaTiyyaa 2 ай бұрын
Motummamatu Ajjesse ummata oromo gowwomsa jiruu
@user-he8nu4uo6t
@user-he8nu4uo6t 2 ай бұрын
Motumaa.wasana.oyrrusehe..
@Yaahalima-xh8sx
@Yaahalima-xh8sx 2 ай бұрын
Abee galatomaa
@berisojima1998
@berisojima1998 2 ай бұрын
waa'ee kaffaaloo irratti dubbiin ati dubbatte haqa miti eenyumtuu waraqaa mana murtii malee qabamuu hin danda'u atis oduu akka taate naaf gale oduu
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 2 ай бұрын
Namicha nanaa dhimma oromoo keessa ba'i ati finxaaleyyii musiliimaa oromoo walitti naqxu
@DdyMoma
@DdyMoma 2 ай бұрын
Osoo oromo musilamaa tahee akkas hin jeetu turee finxalesaa nanaa
@user-fn1xy9pu4e
@user-fn1xy9pu4e 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@EeEe-tf4pq
@EeEe-tf4pq 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@Asliyatube37
@Asliyatube37 2 ай бұрын
❤❤❤
@rehemabegum870
@rehemabegum870 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-eu3qz5tw7u
@user-eu3qz5tw7u 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢
@user-zq6zw1nj7l
@user-zq6zw1nj7l 2 ай бұрын
❤❤🎉🎉
@AbdiiTuraa-mp2lo
@AbdiiTuraa-mp2lo 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@user-rn3cl5sc1g
@user-rn3cl5sc1g 2 ай бұрын
❤❤❤❤
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 59 МЛН
KINDNESS ALWAYS COME BACK
00:59
dednahype
Рет қаралды 168 МЛН
Daddaraaroo marsaa 2ffaa Torbee 6ffaa
1:02:13
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 13 М.
Gingilchaa 19ffaa OROMOO Addaan qooduun nu boossisu
40:40
Qaanqee Show
Рет қаралды 43 М.
He Used All The Sauce On 1 Slice Of Pizza🤪😂
0:12
BorisKateFamily
Рет қаралды 20 МЛН
Что делать ЕСЛИ у  Вас Живёт Монстр?
0:36
ИЗЮМЕР
Рет қаралды 2,8 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
0:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 13 МЛН
Пранк над Махачевым🥶
0:19
FERMACHI
Рет қаралды 9 МЛН