Keessummaa Mo'aa - Faar.Yaadanii Shifarraa waliin

  Рет қаралды 14,891

MO'AA TV

MO'AA TV

Жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 132
@TolaKorjo
@TolaKorjo 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen.....!!!!!!!!!!!!!!!
@elsaa8024
@elsaa8024 Жыл бұрын
Waqayyoo Ammayu Ayyana isaa siifi yaa dabaluu yado dhugaa dhumaa Kenya waqyyoo wajjini yoo godhane karaittihin hafunu ebbifami،📖✅💯💞💞
@takaludabalaa8968
@takaludabalaa8968 Ай бұрын
Ebiifamaa namotaa waaqayyoo Ayyaannii gooftaa sif haa baay.atuu❤❤❤🎉🎉🎉
@wakjirageneti
@wakjirageneti Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen eebbifami haadha keenyaa, Baayyee Si jaallanna. Nuuf jiraadhu.
@martagemeda3284
@martagemeda3284 Жыл бұрын
eebifama gudaa mee farfatuu abarashi nuu fudaa🙏🙏🙏🙏
@user-gp2sg4wf2q
@user-gp2sg4wf2q 3 ай бұрын
Faarfatuu Yaadee baayeen siijaaladha Bara kee hundumaa Waaqayyoo Ha'eebisuu
@amanueldereje2550
@amanueldereje2550 Жыл бұрын
Seenaan maati isaani maati keenyaa waalin Wal fakkata dhugaa rabbii, waanti harka namaan irratti hojjeetamee
@farafatuutiigisitisinitayo5829
@farafatuutiigisitisinitayo5829 Жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen ebiifamii Yadani koo ogeetii koo waqayoo baraa kee haa ebiisuu ebifamii waa bayee Siraa baradhee kasuumatuu karaa tajajilaa keeni ebifamii Amayuu waa bayee Siiraa egabaa ebifamii❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏 Ebifamii Atiillee Efrm guudaa isaa bayee Si jalanaa Mee farafataa Robaa Aman nuu barbadaa nuf fiidaa esaa jiiruu 😢😢🙏🙏🙏🙏
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee bareduu koo
@simbookoochannel2197
@simbookoochannel2197 Жыл бұрын
Matii naaf ta'iime qalii koo 🙏
@abiro1424
@abiro1424 5 ай бұрын
Ameen ameen ameen ameen uuffeeee ebbifami hadhooko garaan abbaake isa waqarra sittaa boqotu ebbifama hundikesanu
@merabefeyisa2739
@merabefeyisa2739 Жыл бұрын
Ameeeen ameeeen ebbifami
@bontokooo5845
@bontokooo5845 Жыл бұрын
Yoo waaqayyo jedhe gaaffan biyyagalu na affeerudhaaf yaala seenna bbaayyeetu jira namooni abdikutattan Kan dhagaani jabatta nama waaqayyo ebbiffama
@abatafara9320
@abatafara9320 Жыл бұрын
Uuufffff Faarfatu yaaduko nama ayyaani kiristos irraan caalaqisuu baayee kanaan jalaadhuu bagaa achii'as nuf baftaan TV MO'AA Waaqayyo waaqarra ebba addan isiin haa ebbisu dhallooni haalan dhokatani jiraan karaa keessan ifaati dhufaa jiruu jabadha ayyaani dachaan isiinif haa baayatu
@senawondimu1539
@senawondimu1539 Жыл бұрын
🥰🥰😘😘😘😘eebbbifami yadooko barrike haa ebbifamuu jabduukoo nu jiraadhuuuuuuuu
@biranisaedhilalaljabri1519
@biranisaedhilalaljabri1519 Жыл бұрын
Yaddani jiraadhu Eebbifamii
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Jaabaadhu jabduukoo ayyaannisa siif ha dabalamu baay'ee sii jaallaadhaa
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 Жыл бұрын
Ameeen ameeen Ameen ebifama 🙏🏽🙏🏽🙏🏽📖📖📖📖
@tsionzinabu7198
@tsionzinabu7198 Жыл бұрын
Yaadokoo umuri nuuf dheeradhu
@yerusjabesa8400
@yerusjabesa8400 Жыл бұрын
Uuufee waqayyo sii haa eebisuu obbolti ko yadoo🙏🙏farfan kee yero maraa imimaninan😥😢😭💞dhagefadha dhugaa nuuf jiraadhu wantaa yadee hunduman sii haa gargaruu🤲🤲🙏🙏😍😍😍😍😍😍💞💞💞💞💞💞💞😍😍😍
@astergudeta3029
@astergudeta3029 Жыл бұрын
Yaadoo waaqayyoo sii ha ebbisuu woww kabajamtuu kooo💋❤️❤️❤️❤️💯💯💯📖📖📖👈
@user-rc7qp9zm1i
@user-rc7qp9zm1i Жыл бұрын
Ameen Ameen Wmeen Ameen Ameenebifamaa ebifama dachaa gooftaanii barafii jirenyaa kessanii ha ebisu ebifamaaebifmaa💞💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@sabboontuwallagaa1567
@sabboontuwallagaa1567 Жыл бұрын
Ijollee Gooftaa Eebifamaa kaanuma caala darbaa demaa .
@shewayedereje718
@shewayedereje718 Жыл бұрын
wawwoo ebbiffammaa farf.yadanii bayyeen jaladhaa dhimaa koon sii wajjiin godhadhaa Ameeeeeeeeeeeeeeen ebbiffammaa tv mo'aa
@lidiyaafufaa4098
@lidiyaafufaa4098 Жыл бұрын
Ameeeen.ameeeen.ebbifamaa dachan.wowwww dhimakoo.siwajin.godhadha
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Жыл бұрын
Uuuuuuffffeee Ammmmeeen Ammmeen Ammeen ebbifamatu koo waqqayyoo bara jireenyaa keenyaa haa siin ebbisuu❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@ofinbontuuintalaaoromoo4209
@ofinbontuuintalaaoromoo4209 Жыл бұрын
Ebbifamiii yaado koo faarfannaa kee ijjoollumaa kottii kasee ittii ebafamaaaaaaaaaa dhufee. Dhimma koo si'ii wajinii godhadhaa YESUS koo🥺❤
@simbookoochannel2197
@simbookoochannel2197 Жыл бұрын
Dibo koo matii naaf ta'iime qalii koo
@ofinbontuuintalaaoromoo4209
@ofinbontuuintalaaoromoo4209 Жыл бұрын
@@simbookoochannel2197 abshiirii LUBBUU koo sifi tahee ra
@simbookoochannel2197
@simbookoochannel2197 Жыл бұрын
@@ofinbontuuintalaaoromoo4209 Galatoomii kodee Koo 🥰🥰❤️🙏
@zxczxc3083
@zxczxc3083 6 ай бұрын
Dhugaadha anile yeroo baay'ee ofataa suree gurdii gababduu ofatani yeroo farfataan nan aaraa Ebbifamaa
@easternemera3955
@easternemera3955 Жыл бұрын
Ebbifami obboletikeenya,❤️❤️❤️
@samirasamira2742
@samirasamira2742 Жыл бұрын
Ameen Ameen Amen ebifamii dhugaa
@abdiikooyesu4698
@abdiikooyesu4698 Жыл бұрын
Ammee Ammee ammeeeeeee Ammeeeeeee Ammeeeeeee Ammeeeeeee Ammeeeeeee Ammeeeeeee ebbiifama 🙏🙏🙏🤲🏻🤲🏻🤲🏻🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹❤❤❤
@chaliihaile2056
@chaliihaile2056 Жыл бұрын
Giiftikoo bayyeen farfanaa kees siniis jaladhaa, long life🙏
@kibirealemu
@kibirealemu Жыл бұрын
Wow wow yaadookooo 🥰🥰😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤💝💝💝💝
@DawitLemma-sf1wu
@DawitLemma-sf1wu 9 ай бұрын
Ameen Waaqayyo rakkisaa keenya kam gararraa iyyuu isatu jira.Gooftaan baraa fi jireenya kee haa eebbisu Yaadee!!
@bontokooo5845
@bontokooo5845 Жыл бұрын
Waan baayyeen sirabaradhe yaadoko ebbiffami waaqayyo barakef jirenyake aebbisu ayyanasa sifabayyisu amadhumati jabeesse siadhabu jabduko
@RahelDane
@RahelDane 7 ай бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen❤❤❤❤
@zagroup2231
@zagroup2231 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifaamaa🙏🙏🙏
@meskellove3485
@meskellove3485 Жыл бұрын
Ammeen ammeen ammeen
@janatjana658
@janatjana658 Жыл бұрын
Ameen waqayo dacha dachaa sii haa ebbisuu ebbifamii ayya waqayo sifi haa baayatu akksumasii qopheessiton mo'a tv ebbifama
@kebiyabush1353
@kebiyabush1353 Жыл бұрын
ameen ameen ebbifamaa ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏
@Rapha-prayer
@Rapha-prayer Жыл бұрын
I am so amazed at how you both do! God bless you! Yaade you are like a pastor! This Journalist is also doing amazing! Bless you!
@anaaneedhaabaa9344
@anaaneedhaabaa9344 Жыл бұрын
Ebifama waqayyo baraf jirenya kessan ha ebbisuu
@elroifantahun
@elroifantahun Жыл бұрын
Eebbifami Yaadookoo
@ebisadegefa5760
@ebisadegefa5760 Жыл бұрын
MO'A IS FIRST MEDIA FOR ME!
@werkdekeba406
@werkdekeba406 Жыл бұрын
Mee farfataa Mangistuu Bekeles nuuf fidaa
@singermasiiqajela887
@singermasiiqajela887 Жыл бұрын
Uuuuuffeee Eebbifamaa maqaa yesuusiin siin jallaannaaa
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Жыл бұрын
Amen amen amen amen ebbifamtu muca kakuu waqayyo hunda kessan ha ebbisu 🙏🙏📖😍😍
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💔
@asterberhanu9362
@asterberhanu9362 Жыл бұрын
Ebbifaami yaado baayeen si jalaadha ayaanni waqayyoo dacha sif haa dabaalamu
@MobileShop-lr2ti
@MobileShop-lr2ti 5 ай бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa
@yerusjabesa8400
@yerusjabesa8400 Жыл бұрын
Ameen ameeen glory Jesus🙏🙏
@harbuuoromiyaa2471
@harbuuoromiyaa2471 Жыл бұрын
Nuuf jiraadhu Yado🌺🌺🌺❤️❤️❤️❤️ Much more blessings on you. Inni dubbii gaariin si dibe Waaqayyo haa eebbifamu🙏🙏🙏🙏
@lydiabooji4772
@lydiabooji4772 Жыл бұрын
Jabadhu. Waan garridha. Takata nammoota wajjin yoodhiattee Waaqayyo yoosiifmijjeesse. Groupidhaan giddugidduuti tajajjillu hinmala siif dharma.
@Alexandro640
@Alexandro640 Жыл бұрын
Eebbifamaa dhugaa
@bizuneshdinka7056
@bizuneshdinka7056 Жыл бұрын
Eebbifami amayyuu
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Жыл бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen iseyii
@fufalamessa4753
@fufalamessa4753 Жыл бұрын
Yaadanii nama waaqayyo. Waaqayyoo karaa ishee hedduu booji'eera. Galatooma
@seenaakeebekii7820
@seenaakeebekii7820 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamaa
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Wowwoowowo ogeetiikoo💕💕💕💕💕💕
@nasaphone3340
@nasaphone3340 Жыл бұрын
Woow guutuu shifara wajjin obbollaa dha bayyee namatti toltu yaadani koo
@anaaneedhaabaa9344
@anaaneedhaabaa9344 Жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeen Ameeeeeen Ameeeen haleluyyaaa ililililililililiiiiiii ililililililililiiiiiii
@gaaddiseehindaaluu5594
@gaaddiseehindaaluu5594 Жыл бұрын
Yadani nama jabduu
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 Жыл бұрын
Efiemi garaa biyyaa yoon galee kesumaa kee ta.uuf hawii kooti
@danielfayera4784
@danielfayera4784 11 ай бұрын
Waaqayoo hunduma keessan aebisu.
@TolaKorjo
@TolaKorjo 2 ай бұрын
Ajaa'ibaa eebbiffamii
@talatalal2882
@talatalal2882 Жыл бұрын
Uuufffeee waaqayyoo ayyana irratti aayyanaa siif haa dabaluu yaadoo ebbifamii atis namaa waaqayyoo efirem
@ayyantukaachalii4242
@ayyantukaachalii4242 Жыл бұрын
Yadoo 🌹❤🙏🙏 Eebbifamii
@ebisadegefa5760
@ebisadegefa5760 Жыл бұрын
Far. Yaadanii waaqayyo si haa eebbisu! umrii dheeradhu!
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Efirem atilee eebifamiii jabbadhuu 💪👍
@sabboontuwallagaa1567
@sabboontuwallagaa1567 Жыл бұрын
Haleeluuyaa waaqayyoo dacha saa Eebisuuu
@saboontuoromowallaggahedit1107
@saboontuoromowallaggahedit1107 Жыл бұрын
Eebbiifamtu nama kakuu ❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@simbookoochannel2197
@simbookoochannel2197 Жыл бұрын
Qomoo koo matii naaf ta'iime ❤️
@obsinetmalee6182
@obsinetmalee6182 Жыл бұрын
Uuuuf yadoo koo dhugaa waqa faru kee dhagefadhe hin qufum ani yeroon dhagefadhus rakkina koo yadadha abdis horadha ebbifamii ammas
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞
@bekelcheetemesgen5906
@bekelcheetemesgen5906 Жыл бұрын
Ebbifamaa
@ayyantukaachalii4242
@ayyantukaachalii4242 Жыл бұрын
Faar Abaraash Essaa jiritii dhugaa maloo Iyaafadha nuuf dhiyesaa
@keneniyoutube
@keneniyoutube Жыл бұрын
Dhugaa yadanin enyudhaa jedhen barbadaa turaa karaa amatii kanaa kanan dhufee dhiyenyaa farfanaa isanii garuu dhagan turee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔💔
@lemessahunduma329
@lemessahunduma329 Жыл бұрын
Ameen
@KAKUHAARANETHIOPIAYears
@KAKUHAARANETHIOPIAYears Жыл бұрын
#Great job ammayuu ayyanii isaa isiinif habayatuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💔
@danielteferi7295
@danielteferi7295 Жыл бұрын
Eebbifami.
@SaraSara-me7uk
@SaraSara-me7uk Жыл бұрын
Wawwwuu eebbifamtu koo bg ngn dhufte yaado keenyaa baayye si jallana farfanan kee hundinu nama eebbisa
@biliseekuubii2347
@biliseekuubii2347 Жыл бұрын
Wow baayyee namati toltu Jabaadhaa F/Bilisumaa mulgeetaa nuuf fidaamee Guyyaa tokko
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔
@biliseekuubii2347
@biliseekuubii2347 Жыл бұрын
@@desistuutube3083 Tole siif ta'eera
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593 Жыл бұрын
Gaadisa ke jala jiratani orma barramundi ebbifamtuukoo yaadoo
@meserettadasa4601
@meserettadasa4601 Жыл бұрын
Yaadanii baayyee sii jaallana
@daandiijootee579
@daandiijootee579 Жыл бұрын
Faarfannaa ishee dhaggeeffataa guddanne
@Hana-ld2id
@Hana-ld2id Жыл бұрын
Dhugaa keetii ebbifamtuu koo Waqqayyoo sii haa ebbisuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💔💔
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Жыл бұрын
Ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa
@useruseruser4931
@useruseruser4931 Жыл бұрын
Ameeeen Ameeen Ameee Ameeeen Ameeen Ameee Ameeeen Ameeen Ameee Ameeeen Ameeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤📖📖📖📖Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa
@dibootube3325
@dibootube3325 Жыл бұрын
Uffeee waqaayyo saa ebbisuu f/yaaddanii
@ayantudiriba1040
@ayantudiriba1040 Жыл бұрын
Eebbifami Yaadoo sinjaalladha!
@dadydodd5880
@dadydodd5880 10 ай бұрын
Ebbifamaa ebbifamaa❤❤❤❤
@mergaetefaofficial9943
@mergaetefaofficial9943 Жыл бұрын
waaqayyo ishee ha eebbisu fakkeenya dhalootaati faar yaadoon
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞
@user-xi1jc2rx4h
@user-xi1jc2rx4h 3 ай бұрын
Ebbifamii jabduu ko ❤❤
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 Жыл бұрын
Ebifaami bayeesa.Yaado.koo.
@Warqinash463
@Warqinash463 Жыл бұрын
Ebbifami ❤❤❤❤
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa Жыл бұрын
Uuuuufffffeee Ameen Ebifamtuukoo 🙏🏽 ❤ 💖
@kenenitefera1600
@kenenitefera1600 Жыл бұрын
Eebbifamaa Namaawqayyo
@mariyammariyam.2026
@mariyammariyam.2026 Жыл бұрын
Ebbifamii namaa kakuu❤❤
@Seenuu501
@Seenuu501 Жыл бұрын
Jabduu koo Ebifamii
@unicelldoughman9018
@unicelldoughman9018 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhu
@dadydodd5880
@dadydodd5880 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤wwwooo dhugaadhaa
@ztcztc5871
@ztcztc5871 Жыл бұрын
uuuuuuffffeeeeee Ameeeeen Ameeeeeeeen Ebbiifamii dhugaa 😍😍😍
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞
@user-pd9tr8wy5e
@user-pd9tr8wy5e Ай бұрын
Barumsa guddaadha
@user-xi1jc2rx4h
@user-xi1jc2rx4h 3 ай бұрын
Far// Biqilaa kabbadee fidaa mee
@siinbonorotube1262
@siinbonorotube1262 Жыл бұрын
❤️❤️🙏
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞💞💞💞
@dibooraaabaatee5577
@dibooraaabaatee5577 Жыл бұрын
AmenAmenAmen AmenAmenAmen AmenAmenAmen eebbifamii eebbifamii 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 Жыл бұрын
Uuuuuuffffff namaa bay'eeeeeeen jaladhuu fakkanyaa guddaa nama hundaa biraa qabdudhaa ayyanii wqyoo dachaaan dachaaan siif haa dabalamuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee
IJI KOO GARA KEE ILAALA || FAAR YAADANII SHIFARRAA @ifafayinatvofficial1906
31:42
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 46 М.
Scary Teacher 3D Nick Troll Squid Game in Brush Teeth White or Black Challenge #shorts
00:47
50 YouTubers Fight For $1,000,000
41:27
MrBeast
Рет қаралды 192 МЛН
EGEREE MEDIA: Seenaa jireenya faarfattuu SENAIT MITIKU
59:22
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 33 М.
Keessumaa Mo'aa -  Faar.Kabaa Fidoo Waliin
45:54
MO'AA TV
Рет қаралды 10 М.
Aartii Mo'aa - Faar. Tamaam Faaris Waliin
44:39
MO'AA TV
Рет қаралды 21 М.
GARAANKOO SIN KOMATU:  Damee Fiqaaduu
9:47
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 370 М.