KESSUMAA MOAA | SOLOMON ALAMU

  Рет қаралды 128,023

MO'AA TV

MO'AA TV

2 жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 316
@user-un3nl4zi9v
@user-un3nl4zi9v 2 жыл бұрын
በአማራኛ ብታወራ ደስ በለን ነበሬ ግን ምንም ማለት አይደለም ተባረክ በጣም ምወድክህ የእግዚአብሔር ሳዉ
@LaliseLalise-l1v
@LaliseLalise-l1v 21 сағат бұрын
Jaalatamtoota maati waaqayyoo guddaa waaqayyoo Sin haa eebbisu eebbifamaa!!!! Solomon nama waaqayyoon eebbise ammas ayyanni Waaqayyoo siif haa baay'atun siin jedha Eebbifami!!!
@latuuamboo4080
@latuuamboo4080 2 жыл бұрын
Solliko Anii Farfanna kee dhagefachuu Walda dhaqee Garuu yeroo sana yesuus Kiristooni hin Amanee ture mana nuuti cufame ossoo sii ilaluu❤🤔📖📖📖
@zamzam8093
@zamzam8093 2 жыл бұрын
Mee lakofissa issa worri betanni nafi kenna jalala waqayyotin isin gafadhaa Kenna toko qabafi 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@Singer_Lata_Badasa_Official
@Singer_Lata_Badasa_Official 7 ай бұрын
Waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu eebbifamaa.
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 жыл бұрын
Dhugaa baayee namaa tola waqqayyoo bara jireenyaa keenya haa ebbisuu🙏🙏🙏📖💯✅
@namaadheeraamoogabaabadhaa5158
@namaadheeraamoogabaabadhaa5158 2 жыл бұрын
Ebbifaamii!
@adanedinsa2565
@adanedinsa2565 2 жыл бұрын
Sool nama waaqayyoo baay'een si jaalladha, waaqayyo bara kee haa eebbisu eebbifami.!!!! Jabaadhu ganamaan waaqayyoon waan qabatteef waaqayyo si gargaara.!!!!! Mul'ata fuula kee duraa qabduuf waaqayyo siif haa milkeessu.!!!!!!!!! Faarfannaa keetiinimmoo eebbifameera atis eebbifami.!!!!!!!
@altamimiali5283
@altamimiali5283 2 жыл бұрын
እግዚአብሔር ይባረክ ተባረክ ፀጋው ይብዛል
@abozaid413
@abozaid413 2 жыл бұрын
WOWOWOWO gooftaan koo si haa Ebbisuu
@hadhaako
@hadhaako 2 жыл бұрын
Wowowow solooloko bekaa keenya ❤️❤️🥰🥰 😭 seena Kee nama gadisisaa 😭
@mandefrolegesse5748
@mandefrolegesse5748 2 жыл бұрын
Waaqayyoo baay'isee si haa eebbisu. Warri Mo'aas galatoomaa.
@axstraaxstra7837
@axstraaxstra7837 Жыл бұрын
Salamonko onee natii goteeufeeee.yesus
@urjiioro8110
@urjiioro8110 2 жыл бұрын
Ebbifamii Ebbifamii Ayyaan kan caaluu sif haa bayyatuu solo koo❤🙏
@ameludemera8297
@ameludemera8297 2 жыл бұрын
waaqayyoo sii haa ebbisuu 👍
@kifleayana7273
@kifleayana7273 2 жыл бұрын
Farfannaakettiin baay’ee eebbifameera! Waaqayyoo dachaa si haa eebbisuu!🙏🏾
@ambootube9901
@ambootube9901 Жыл бұрын
Waqaayyoo kan duraa dachaa caalaa si haa ebbisuu ebbifamii
@Soora_qalbii
@Soora_qalbii 4 ай бұрын
Sol eebbifami
@fkennaaalamuu4111
@fkennaaalamuu4111 2 жыл бұрын
Uuuuuuuufffffffffeeeeeee qaxallee koo mucaa kakuu nuf jiradhuu Bayyee si jalanaa cimii ijaa jabadhuu Harkii waqayyoo goftaa si wajinii jiraa Tufatamun kabajamufii waqayyoo kasaa kee kafalleraa amas ganaa itii fufaa💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜
@lamlamlove9402
@lamlamlove9402 2 жыл бұрын
Uuf ebbifami qaxalee muchaa kakuu WOW waqayyoo Goftaan akanumatt dhugaa sii ha dubisuu farfanna ke dhageefadhe hin qufuu baayyeen ittiin ebbifamee wantii arrabaa keraa bahuu gurratti mi'aa ebbifami ammayyuu ❤️❤️❤️
@almasgutama5535
@almasgutama5535 2 жыл бұрын
Wow amazing soli God bless you ebifamii
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641 2 жыл бұрын
Waaqayyoon baraf jireenya kee haa Ebisuu Solee keenyeenyaa Ebifaama mucaa kakuu!!!!! Ayyaani Waaqayyoo kanumaan calatii Sif haa baay'atuu Ayyaani isaa Ebifaama dachaa Ijoolee kakuu Kan Waaqayyootu caala Solee koo jabbadhuu akka namaa osoo ta'ee jirachuun hin turee akka Waaqayyootin jiraachuun ta'ee malee maqaan Waaqayyoo haa hulfaatu yaani keessan baayy'ee namati tola jabaadha 👏👏👏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤
@bece5121
@bece5121 2 жыл бұрын
Waqayyoo si haa ebisuuu haadhooko ebbifami 💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯
@heeranboruuofficial3323
@heeranboruuofficial3323 2 жыл бұрын
Eebbifamii Eebbifamii Mucaa Kakuu Ati Gatii Dhiiga Kiristosi Nuuf Jiraadhu Umurii Dheeraa Sif Haa Eebbisu Waaqayyoon koo🙏❤❤❤😥😥😥
@dirbegemechu8451
@dirbegemechu8451 2 жыл бұрын
Ijaa tiyyaa waanni toftaan sii jalaatuufi namni sii tufachuu daandaa.a darberaa siitti dhagahamini atti ammayyuu toftaan gannaa sii guddisaa guddatuu koo ebbifami ebbifami abbaa kee issaa sii waajiin dadhabanii goftaan issan haa eebbisuu umrii issaan sif haa dherrechuu gooftaa sii dibeef galaan yaa ta.uu
@borichala581
@borichala581 2 жыл бұрын
Soleekoo Waaqayyoo siin yaa eebbisuu dhugaa, gaddaa guddaa maatii kee fi sirraa darbeef galannii guutuun gooftaaf yaa ta'uu .
@eshalemethiopian3231
@eshalemethiopian3231 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeen Waqqaayyoo Bara Kee Yaa Ebbiiffammuu Darbbii Demmii kannumaa Caalaa Farfaannaa Keetii Namoonnii Bay.een Fayyanniiruu☝☝🖐🖐🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@shelinshelin9108
@shelinshelin9108 2 жыл бұрын
Bayee namati tolaa Ebbifamii mucaa kakuu ❤❤❤❤❤❤❤
@johnytechh5035
@johnytechh5035 2 жыл бұрын
Gooftani isaebisuu Ebifamaaa 🙌🙌🙌🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
@zemenuabera8065
@zemenuabera8065 2 жыл бұрын
It is a miracle conservation & not expected from this boy,God bless you !
@ameenaam954
@ameenaam954 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰👌
@yeselamhasabmenged8643
@yeselamhasabmenged8643 5 ай бұрын
Conversation
@bontubontu1294
@bontubontu1294 2 жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwwooo ♥️ ebifaamii qalxaleekoo 👏👏
@user-pe1kd7jo9z
@user-pe1kd7jo9z 5 ай бұрын
Sol qaxallee mucaa kakuu dhugaa waqayyoo baraaf jireenyaa kee haa eebbisuu dachaa dachaan❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘🌺🌺🌺🌺🌹🌹🌹🤲🤲🤲📖📖📖📖📖📖📖🙏🙏🙏
@dameabaye5422
@dameabaye5422 Жыл бұрын
Hin qoosinii sagaleekee ishee mucummaa sanaan jaalladha. It’s my favorite song.Mudannoonkee hedduu nama gaddisiisa utuu tahee ijoollee tu dura gnaata ture aadaa boodatti afaa dha malee. Baga sigargare!! Baayyeen sitti eebbifamef yeroo hundaa sababiin isaas Ati yeroo farfattu of irraa buutee akka afuurri qulqulluun sigodhe taatee waan farfattuufiidha . Inni lammata ani siin eebbifamuuf faarsaakee undasaa keessatti Iyeesuusiin waan leelliftuufii dha . Kana adaraa Hin dhiisiin inni hundaa caalu sababiin jaallatamuukee dibata gooftaati.
@MariamMari-cp8ee
@MariamMari-cp8ee 10 ай бұрын
Dhugadhaa
@moibonitana8152
@moibonitana8152 Жыл бұрын
Faarfataa Solomoon deebiinkee dhugaa
@uaekfn8560
@uaekfn8560 2 жыл бұрын
Ameen dachaan ebbifami mucaa kaakuu
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 2 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@MessretKuma
@MessretKuma 2 ай бұрын
Farfaataa solomon baayee si jalaadha ebifaamii
@daameebiiranuu4088
@daameebiiranuu4088 2 жыл бұрын
Soli jabadhuu darberaa baarichi tufii
@saraakoo1588
@saraakoo1588 2 жыл бұрын
Uuuuffee Waaqayyoo galanni haa ta'uu inni sii gargaare haa eebbifamuu jabadhu ammaas Waaqayyoo sii wajjin jiraa
@QaanqeeBakarwaaree
@QaanqeeBakarwaaree 9 ай бұрын
Bayee. Waandhalootaa. Buruutii fakeenya. Hayuumaan dhaloota Eebbiifamii Aamalee. Jabaadhu. Www❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sanyiiijawar9143
@sanyiiijawar9143 2 жыл бұрын
Ebifamii waqayoo gooftani siihaa ebisuu dachaa diribii ♥️🎀🎀🎀
@mmmmagnj8537
@mmmmagnj8537 Жыл бұрын
Wowowowowowowow Ebbifamaa Ebbifamaa Waqaayyoo Waqaayyoo
@fornewlife7158
@fornewlife7158 Жыл бұрын
baruumsa gaarii barannee ebbiifama
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 жыл бұрын
Wowww waqqayyo bakaa yaden si ha gahu soli
@ajmandubai1053
@ajmandubai1053 2 жыл бұрын
Ebifamaa ebifamaa dacha maqaa yesusi 🙏🏽 ❤ ♥ 😍 ✨ 💖 🙏🏽 ❤ ♥ 😍 ✨ 💖 🙏🏽 ❤ ♥ 😍 ✨ 💖 🙏🏽 ❤ ♥
@tolesaedeto5182
@tolesaedeto5182 2 жыл бұрын
Dhugaadhumatti Sool Hubannaadhaanis Qaamaanis Bilchina Jechootaanis Dabalaa Deemeera Gooftaan keenya Haa Eebbifamu. Warri Moo'aa Jabaadhaa. Eebbifamaa
@madanitbayisa8148
@madanitbayisa8148 2 жыл бұрын
Qaxalee mucaa kakuu ebifamii jabaa kenyaa ebifamaa ❤❤
@naoltesfaye6023
@naoltesfaye6023 2 жыл бұрын
haasaa laphee namaa cabsudha. eebbifami sola😍
@maasiitube3782
@maasiitube3782 2 жыл бұрын
Dinqiidhaa Waqqayoo Ergaa Sanyii naa keene wanaan iraa facaasuu naan dhowatuu Hubbaanaan Oguummaan Siif haa Bayyatuu Kana Calaa barrii kessaan Haa Ebbiisuu
@DaniDani-wh8hb
@DaniDani-wh8hb 2 жыл бұрын
Waawo waaqayyo siyaa eebbisu sool
@mamotafese1559
@mamotafese1559 2 жыл бұрын
wow 😮😮😮bekka mucaa uttu hin ga'inni nama bilchate goftani si'aa ebbisuu sol si dhugaa wanumma maguddo wayii dhageffadhu natti fakkate ebbifami hodhoo koo amalee ayyanss sifabayyissu sol kenyaa🙏🙏
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 Жыл бұрын
Waqaayoo sinii haa ebbisuu ebifamii mucaa kakuu gooftaa baraa kee haa ebbisuu
@DaaratuuDado
@DaaratuuDado Ай бұрын
Waaqayoo dacha dacha sif Ebbifamii Ebbifamii ❤❤❤
@buzeebuzee-cu9vb
@buzeebuzee-cu9vb Жыл бұрын
Soolo nama jaalala ebbifami Ebbifamaa keenya Ebbifama hunddi keessan 💋❤️📖
@ayantuayantudegefa7804
@ayantuayantudegefa7804 2 жыл бұрын
Gudda ebbifami baayye namati tola waqayoo itti sif haa dabbalu sollo❤❤❤❤❤
@diborayadesaa3976
@diborayadesaa3976 2 жыл бұрын
Solii koo jiraadhuu qaxalee koo😍😍😍😍😍😍
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 2 жыл бұрын
Uuuffee kaa waqayo bagaa sii gargare sool ammayyuu dibata fi bekumsaa kaanaa caalaa siitii haa dabaluu mucaa kaakuu❤️❤️💕💕❣️❣️🥰🥰
@charadesalegn8902
@charadesalegn8902 2 жыл бұрын
Hammaayyuu muldhanikee ittii siif hadaabalamuu
@barootsageye2207
@barootsageye2207 2 жыл бұрын
Wowowo waaqayyoo si haa ebbisuu dhugaa gorsa keeti baay'ee namaa haa gammachisa
@keneniyoutube
@keneniyoutube 2 жыл бұрын
Salmon waqayyoo sii walin jiraa jabadhuu, garuu magalaa kenya ejere kesaa waqayyoo sii basuu satii guduman gamadaa galani kan iyasusi
@genetkuwait3894
@genetkuwait3894 2 жыл бұрын
Sin dhugaama si mudde waaqayyo Sol waqayyoo baraf jeenyakee haa ebbisu Amalee dabalee Mucaa kakuu
@ADIISEE1
@ADIISEE1 2 жыл бұрын
Uuuuuf ebifamiiiiii waqayoo isn haebisuuu😭🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💖
@romanmitiku4365
@romanmitiku4365 2 жыл бұрын
Eebifamii Eebifamii amalee jabadhuu
@easternemera3955
@easternemera3955 Жыл бұрын
Soleekeenya ! Amayyu ebbaaf tahi. Dibati Kun siif haa bayaatu!
@MessretKuma
@MessretKuma 2 ай бұрын
Amalee ayyanna fi araara Isa siif haa baayisu gooftaa
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeee kaa waqaayoo baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii dachaa diribii dhaan ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏💘💘💘💘💘💘💘
@dejenebululta6952
@dejenebululta6952 9 ай бұрын
Waaqayyoo isiin haa ebisu waan baay'ee isinirraa barane.
@bekankumessa7718
@bekankumessa7718 2 жыл бұрын
Ammeen ebbiifama dachaa muca kaakuu 🙏🙏
@wagayobalay3980
@wagayobalay3980 Жыл бұрын
uuuuffee waqaayyo ayanichaa siratii haa dabaaluu goftaan jabadhuu ❤❤❤❤💯
@derartuolika4760
@derartuolika4760 3 ай бұрын
Waqayyoo bara kee haa ebisuu solee ebbiifamiii guddadhuu
@Soora_qalbii
@Soora_qalbii 4 ай бұрын
Amazing 🎉
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 2 жыл бұрын
Uuuuufffffeee qaalii koo Sooli🥰🥰❤❤💚💚❤❤💚💚🙏
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 2 жыл бұрын
Woooww Woooww 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞
@user-xo2fj1nd1q
@user-xo2fj1nd1q 4 ай бұрын
Eebiffami mucaa waqqayyoo waa baay'ee sirraa barane
@letajorgo4510
@letajorgo4510 2 жыл бұрын
waaqayyo waaqni israa'eel,waaqni daani'eel waaqni abboota keenyaa teessoo isaarri ulfinaan marfamee inni jiraatu qulquulluu fi qajeelaa inni ta'ee ofiima isaatti akka si kaase ammas hanga dhuma keetti dabarsee harka ormaatti si hin kenniin ofumaa si haa gaggeessu.hubannaa fi ogummaa saba isaa ittiin tajaajiltu siif haa baayyisu. guddadhu gooticha koo garbummaan biyya lafaa si hin argatiin
@meseretabdiadisfitratnegn3278
@meseretabdiadisfitratnegn3278 2 жыл бұрын
Sole jallaala goftan akkan si jaladhu 💜 Waqaayyoo baraf jireegna kee ha ebbiisuu🙏
@adelal8480
@adelal8480 2 жыл бұрын
❤❤❤❤💖💯💯💯💯💯💯💯💯💟💟💟💟💟👌👌👌👌🤝🤝🤝🙏
@sanniitube41
@sanniitube41 2 жыл бұрын
Muca garami nana ebbifamii ❤️❤️❤️
@fordosadanech5309
@fordosadanech5309 2 жыл бұрын
Wwwwwwoooo guddaa ebifamii mucaa ebbaa sii jalanaa
@monidejenetech9192
@monidejenetech9192 2 жыл бұрын
Gaazexeessaan naamusa isaa hedduu namatti tola Eebbifami
@getetube6200
@getetube6200 2 жыл бұрын
Wawawawoo Waqayyoo isin haa ebbisuu ebbifama sol ebbifami waqayyoo saa ebbifama
@hambisagobena2319
@hambisagobena2319 2 жыл бұрын
Dinqiidhaa! Gooftaan ayyaanicha ammas itti siif haadabalu. Find abundant favour in the sight of God and people all your life.
@siifanw5871
@siifanw5871 2 жыл бұрын
Jabadhu ebbifama mucaa kakuu 💗💗💗💗💗💗🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@mante_1993
@mante_1993 2 жыл бұрын
dhugakee jette ebifamii amayuu ayanisaa sife habayatu
@masii4633
@masii4633 2 жыл бұрын
Soolko Waqayyo bara jireenya Kee guutu haaebbisuu ayyaani waqayyoo dachaadachaa siif haabaayisu jaajjabdudhu qaxalee mucaa🥰🥰 farfana ke naafjireenyata,e
@haanaabirii8564
@haanaabirii8564 Жыл бұрын
Ebbiifamii mucaa kakuu
@GETUSHOW
@GETUSHOW 2 жыл бұрын
Wow Efri sagaleen kee namatti tola,, sool atis eebbifami
@aragusori5021
@aragusori5021 2 жыл бұрын
Gooftan ayyansa sirati haa irranfatu dhoksee sii haa gudisu waqaayyoo dachaa sirati haa ta'uu ayyanichii jabadhuu
@tigisttamiru2907
@tigisttamiru2907 2 жыл бұрын
Mucaa nanaa nuuf guddaadhuu iddoo guddaa ga'ii sinboo qabeessaa namaa😍
@Siifjira1000
@Siifjira1000 2 жыл бұрын
Eebbifamii eebbaaf ta'ii ammayyuu hubannaa sif haa kennuu gooftaan ayyaanni sif yaa baaya'tu jabaadhu sijaallana❤
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 Жыл бұрын
Ayyaanni kuni amallee sirratti haa dabalamuu ebbifamii 🙏🙏🙏
@ayyeeorocell9778
@ayyeeorocell9778 2 жыл бұрын
Soli ebifami dacha dachani muca kakuu waqaayyo ebbafi si haa godhu amayuu darbii ademi 🥰🥰
@galmaafanyoutube589
@galmaafanyoutube589 2 жыл бұрын
Dhugaadha barsiisotaa suun naas hedduu na jabbeesa turaan nuf haa jiratan
@wariodikajilotube1269
@wariodikajilotube1269 2 жыл бұрын
Eebbifamaa
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 2 жыл бұрын
Wwww F//Solomon ebifami Waqayyoo sii haa gargaruu jabadhu
@freecell2840
@freecell2840 2 жыл бұрын
yes
@sabboontuwallagaa1567
@sabboontuwallagaa1567 2 жыл бұрын
mucaa qaxalee waqayyoo saa Eebisuuu jabbaadhuuuu.
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 2 жыл бұрын
Waaqayoo hubaan kaan caaluu siif Haa keenuu S/koooooooo ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🔟🔟🔟
@mariiasheeta2086
@mariiasheeta2086 2 жыл бұрын
Woow faarfannaa qofa miti Sol hubannaa ajaaibaa qaba, waaqayyoo si haa eebbisu
@rhodalopes7517
@rhodalopes7517 2 жыл бұрын
Ebiifaamii 🥰 🥰 🥰 🥰
@BikilaEtana
@BikilaEtana 2 жыл бұрын
Keessummaa dha malee Kessumaa miti jara keenyaa! Waan akkasii of eeggannaa godhaa!
@ambodaba1756
@ambodaba1756 2 жыл бұрын
Sirrii kee jette. "Afaan Oromoo" jedhee kan gurra nurraa harcaasu warreen miidiyaati. Kan Afaan keenya ajjeesaa jirus isaanuma. Afaan dhalootaa ofii bocuu dadhabuun qaaniidha.
@burtetasafaye3073
@burtetasafaye3073 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuufuuuuuuuu ebifami
@MMm-vb3oo
@MMm-vb3oo 2 жыл бұрын
Ebbifamii sol kormee wayyii
@shitayeenate794
@shitayeenate794 2 жыл бұрын
ati jabaa goftaakiyya waan hunda dandessa
@tolashikebessatolashe1559
@tolashikebessatolashe1559 2 жыл бұрын
Omma mitti soloo wantti hin darbinee hin jiruu ayyanni waqayyo sif kenne sirra hahee dhalotaf ta'a jirra issa kan waa nama kenutti hin qusanne waqayyo haa ulfatuu issa tufatama kabakuu😭
Iron Chin ✅ Isaih made this look too easy
00:13
Power Slap
Рет қаралды 34 МЛН
아이스크림으로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 61 МЛН
Kankoo Oluma ||  ዘማሪ ሰለሞን አለሙ|| Gospel Singer Solomon Alemu @ARC
15:54
Pastor Henok Mengistu { Singele }
Рет қаралды 378 М.
Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin
1:22:28
Yesuus koo ya Gaaddisa koo |FAR YITBAREK  FAR. SOLOMON|
12:44
"Du'een Ture"/Obbo Daggafaa Shifarraa - Iyyaafannoo
30:47
MO'AA TV
Рет қаралды 9 М.
Dhuga-baatii ajaa'ibaa fi seenaa dhalootaa faarfataa SOLOMOON ALAMUU
54:08
Naaf Bari'eera  SOLOMON ALEMU |  ABRAHAM TARE   | JERRY AYELE | @araratvworldwide
15:07
''Osoo hin beekiin jaalalaan qabame''-Weellistuu Hangaatuu Ahmad
21:46
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 171 М.