No video

Kolfaan Dhumne Barana😂

  Рет қаралды 30,900

Abdi Getachew Tube

Abdi Getachew Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 650
@abdigetachewtube3811
@abdigetachewtube3811 2 жыл бұрын
Taphoota akkasii fi kan biroo baay’eetu jiru itti fufu moo dhiisu? yaada keessan reply naaf godhaa Ulfaadhaa!
@hanaanjimma7655
@hanaanjimma7655 2 жыл бұрын
Itti nuuf fufi male😁😁😁😁
@koofiabdiijiraa6338
@koofiabdiijiraa6338 2 жыл бұрын
Kkkkkkk Abdii namani dhare sii rukkaata ofii egacha namaa hundii akkaasi miti nutii borsu dandaa jarii sini moo sitii riftuu
@madinatoutube4995
@madinatoutube4995 2 жыл бұрын
Ittii mudii 🥰
@madinatoutube4995
@madinatoutube4995 2 жыл бұрын
Hujii kee nyadhuu 😂
@ramlaabdulkader5888
@ramlaabdulkader5888 2 жыл бұрын
Itti fufii
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 2 жыл бұрын
Waayyoo gaara koo kolfaan du,erraa Abdii hojii kee 😂😂😂😂😂😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
@AyyuuTube
@AyyuuTube 2 жыл бұрын
Dhugaa itti fufi! Yaada ani hojjechuudhaaf qabudha ture! Isa alanaa keessatti Sagalee qawweefaa fayyadami.
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 2 жыл бұрын
Jabaadhuu ittii nuuf fufiii nuuf taatee waahii kolfaa miskinaa mucaa bicuuttiin gaara naa nyaattee waallayyii 😀😀😀😂😂😂😂😂😂
@alfuuarsii4022
@alfuuarsii4022 2 жыл бұрын
Woyyoo garaa koo kolfaan du'ee wly madamin maal tatee naan jette🤣🤣🤣🤣🤣🤣❣️❣️
@saliyaabajhiad3033
@saliyaabajhiad3033 2 жыл бұрын
Wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo wwwwwwwooo
@eebbaafbeekootube
@eebbaafbeekootube 2 жыл бұрын
Wayyoo garaa koo Abdii qaalii namaa. Maatiin Abdii kottaa maatii naaf ta'aa.
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
Wwwwww jabadhuu qalii kolfaan dhumnee hojii ke nyadhuu kkkkkk Ijolee oromo mattii naf tayyaa
@chaalitube626
@chaalitube626 2 жыл бұрын
taphin kun gaaridha garu warrii baay'ee yoo rifate dhibamu waan jiru ani naatti hin tole kessaatu ijoolee xixiqoo asi kessaaati baay'ee rifate tokkoo ufufuf bakkaa isaattiin rifadhi dhuga namni libbi dikami qabu fa'attii rifatu kanara hin hafu dhugaa kana warraa farajitti dhisi abboo chalejii adda addaa hojedhu✅
@asianazif1319
@asianazif1319 2 жыл бұрын
Bara malituu dhufee ya rabbi dhirii suree qoftee
@foziyahmoh8886
@foziyahmoh8886 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkk heddu Nama koofalchisa waayi gaara koo😂😂😂itti fuufi Abdi gaalatomi
@anuaarmohammedmohammed5404
@anuaarmohammedmohammed5404 2 жыл бұрын
Jabdhu baye baredah
@firooznaser636
@firooznaser636 2 жыл бұрын
Abdii marumann nufixee kolfann ojinn kee udii namatii tolaa wly🥰🥰🥰🥰👍👍👍
@jitibashado6909
@jitibashado6909 2 жыл бұрын
Abdi Getachew Abebe maali jimman keessaa shammaran hin jiranuu moo dhiraa qofam😂😂😂😂😂😂
@shamsimuhamad2347
@shamsimuhamad2347 2 жыл бұрын
Namni ammaa dhukkuba gargaraa qabaa waan tahefi rakkodhaa dhabii eshii lencaa koo
@hamidyalove151
@hamidyalove151 2 жыл бұрын
Wow😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁👍👍👍👍
@mominamomina9932
@mominamomina9932 2 жыл бұрын
Woyii garaa nu dhukkubee abdii kenyaa 😃😃😃😃😃😃😃
@user-hl7nv6oj4u
@user-hl7nv6oj4u 7 ай бұрын
Anii silla nata.ee Kun sindhisuu abadaan akkasitii na.ee ofdhabe ❤😂
@turkkifissal5674
@turkkifissal5674 2 жыл бұрын
Abdi nama boharsa garuu rabbii biratiimo jalatamaa mitii nama rifachiisun Wan akkana ittii buharullee Akka hojjatu hin hin fedhu waan rabbi Sirra hin jalane wanin sijaladhuf jalala obboluma
@samesame1163
@samesame1163 2 жыл бұрын
Hoji ke nyadhu Gari miti garu 👌
@fakiyaaolaanaa9058
@fakiyaaolaanaa9058 2 жыл бұрын
Wowowo jaabaadhuu baayeessaa Maan gaamachiisaa
@naajiinuuruu8418
@naajiinuuruu8418 2 жыл бұрын
Kkkkk woyyoo koflaan nufixxe abdii keenya
@merkebedechesa6940
@merkebedechesa6940 2 жыл бұрын
Kkkkkkk Abdiiii kolfan nu fixe🤣🤣🤣🤣🤣
@UmmuFaaris1234
@UmmuFaaris1234 7 ай бұрын
Welcome 🎉🎉 Oromootiiyya qaali ummata jaalamaatii nuuf taamee
@magartuushow3544
@magartuushow3544 2 жыл бұрын
Yaa Abdii Kolafanii.Nufexee
@rahimajamal5124
@rahimajamal5124 2 жыл бұрын
Kkkkkkk wayyooo abdii yaa hojikeee😅😅😅😅😅😅
@haayathaafiiz4117
@haayathaafiiz4117 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkk wayyo garaa,koo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@samoosiirrajii9281
@samoosiirrajii9281 2 жыл бұрын
wowowo bayyee namaa tolaa itii nuu fifuu hhhhh
@hasanbiyyaa9312
@hasanbiyyaa9312 2 жыл бұрын
Mucattii bichuun garaa nanyatee kkk hojii kee nyaadhu itti fufii✊
@jemilahussen9006
@jemilahussen9006 2 жыл бұрын
Abdii wonni kuni gaarii miti worri adiif nuti tokko miti ...ummanni ofiifuu rakkoon asiif achi isa ofaa oolti beela'aa tauu danda'a 😢gara Rabbiittis jibbamaadha nama rifachiisun ani hojii kee kaawwan baaeen dinqisiidha Duaais siif godha baaeen siqusadha🤱akka ilmoo dhabaatti. Garuu waan kana hinjaallanne ani
@fjvvnbvc5217
@fjvvnbvc5217 2 жыл бұрын
Wallahii amaa argaa jiraa kkkkkkkkkkkkk kolfanii nu fixee abdii oromooysii galee sagsleen kun🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@soreettiwarrailluu7022
@soreettiwarrailluu7022 2 жыл бұрын
Abdi hojike nyadhu🤣🤣🤣🤣🤣 Ma da'imatti xiqqo sana kukrsita🤣🤣🤣🤣🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️itti fufume
@ganniethiotube25
@ganniethiotube25 2 жыл бұрын
Jabadhu
@zawuditumarga1885
@zawuditumarga1885 2 жыл бұрын
Kkkkk hoji ke nyadhu aboo
@iftuukamaal1845
@iftuukamaal1845 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk waayoo garaa koo kolfaa du.ee aniii hojii kee nyadhuu abdii
@obse2
@obse2 2 жыл бұрын
Itti fufi jabadhu
@oromiyaatoo9704
@oromiyaatoo9704 2 жыл бұрын
Hojii kee nyadhuu abdii
@mueeorotube7771
@mueeorotube7771 2 жыл бұрын
Kkk Abdi kolfaan nuu fixee Ay Namni kenyamo miskina homa tokoo Naman hin jedhuu Ayyii
@simankidanu8309
@simankidanu8309 2 жыл бұрын
uuuuff mucaayoo durbaa xiqishuu sanii😂😂😁
@emanamen6327
@emanamen6327 2 жыл бұрын
Ayiii abdii hojii Kee nyadhu
@mastoumastou7753
@mastoumastou7753 2 жыл бұрын
Wayyoo garaa koo kolfaanuu du'ee maaloo 😁😁😁😁😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣
@fatimaabdullah7061
@fatimaabdullah7061 2 жыл бұрын
Taphaa bayyee namatii tolu dhugaa.
@farihalove6284
@farihalove6284 2 жыл бұрын
Abdi bayy'ee nama kolfiisisa itti fufi garuu osoo speakers kee ishee xiqqoo godhaate gariidha sagalee guddaa kan qabu jechuudha balloons(afuufee)tti bishaanfaa osoo gotee akkasummas ani yaada baay'ee sii kennu nin dandaaha atis jabbadhuu!
@foziyaamusixafa7538
@foziyaamusixafa7538 2 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 wwwww.esummaa abba kiyyaa dhaqee koflila
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 2 жыл бұрын
Mucaa xiqoo funduraa kee buuttee figduu gaara naa nyaatee baakkaa dhaaqa jirtuu dhifttee ofiirraa debittee miskinaa koo 😂😂😂😀😀😀😀😀😀😀😀😀
@takiitiiarsiitube4543
@takiitiiarsiitube4543 2 жыл бұрын
Kkkkkk Kkkkkk Kkkkkk Kkkkkk wayii ajibaa
@aishahassan5296
@aishahassan5296 2 жыл бұрын
Wayyo wayyo abdi hojike nyadhu marsa lammata sharranirrati godhime
@ummumuhannan3465
@ummumuhannan3465 2 жыл бұрын
Ittii fufii.Takkaa kolfinaa si dhahu gizaa nahaan Of egadhuu moo kkkkkkk
@zamzamqanaasaa2416
@zamzamqanaasaa2416 2 жыл бұрын
Waayoo gaara koo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@salemasalema5360
@salemasalema5360 2 жыл бұрын
Abdi jabadhu sanyii ko 🤣🤣🤣🤣🙆🙆🙆🤭
@istirahamanaa928
@istirahamanaa928 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍
@qashtiijimaa
@qashtiijimaa 2 жыл бұрын
Yaa garaa ko 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@hawahawa5097
@hawahawa5097 2 жыл бұрын
Itti fufi. Ijoollee bajaajii fi kkf oftuu hin godhin. Akkasumas daa'iman.
@ayantukabeta9021
@ayantukabeta9021 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk yaa garaa koo maalii kuni ijoolee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@kuleebiree6990
@kuleebiree6990 2 жыл бұрын
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁 Maloo garaakoooo
@metioromiyyaa6415
@metioromiyyaa6415 2 жыл бұрын
Mucaa xinoo Sana miskina wly 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@fakiyaaolaanaa9058
@fakiyaaolaanaa9058 2 жыл бұрын
Yaaroo baayee jimmaa ykn fiifiineedhuma maalee kaara biyyotaa biraa maalifi in demutuu kaaraa bedellee faa yaademitee baayee gaara ykn illuu naaamootaa baayee argaachuu danideesaa
@Dubai-ni2gk
@Dubai-ni2gk 2 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍💕💕
@abdulazizhamid9740
@abdulazizhamid9740 2 жыл бұрын
Bayee garidhaa galatommaa jabadhuu
@alamadulillahuae2335
@alamadulillahuae2335 2 жыл бұрын
Abdii hojii kee nyadhuu 😂😂😂😁😁😁
@mesiiyemarryamleji1452
@mesiiyemarryamleji1452 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk waayooooo hadhaakoo itii fufii abdiyeee
@kemernegesso2012
@kemernegesso2012 Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk😂😂😂😂👌👌❤❤❤❤
@zamzaamabdallaa4740
@zamzaamabdallaa4740 2 жыл бұрын
Abdii wanaa akanaa sirii mitii osoo lafaa dhayanii rakkoon iraa gahee bodaa sirii mitii situu itii gafatamaa anaaf wanii akanaa hin hojatinii dhamsaa obolumaa sii dhamee
@destadegust7603
@destadegust7603 2 жыл бұрын
Uuuu 💯💯👍🥰💯👍💯
@fakiyaaolaanaa9058
@fakiyaaolaanaa9058 2 жыл бұрын
Abdii gaaruu maalifi gaara biiyyootaa bedellee faa maalifi in demituu
@ekramabdela8107
@ekramabdela8107 2 жыл бұрын
Dhugaa wani baay'ee sammu hapii nama dhudhudha itti nufi fufu.......Abdi
@jitibashado6909
@jitibashado6909 2 жыл бұрын
Wowww Abdii atillee pirankii egaltee kkkkkkkkkkk
@zxczxc3083
@zxczxc3083 5 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂Warraa gurguda dhisii abdii
@birktitamam9343
@birktitamam9343 2 жыл бұрын
Jabadu bro ko
@memememee8161
@memememee8161 2 жыл бұрын
Ba'aasamoo sii ajjesee
@mahammedkemal218
@mahammedkemal218 2 жыл бұрын
👌👌👌👌👌😃😃😃😃😃
@fadilajabal5120
@fadilajabal5120 2 жыл бұрын
Wly Abdi kolfan eduman jiruu of walalee bayee namatii tollaa jebadhuu 🤣🤣👍🏻
@burtukankedir4576
@burtukankedir4576 2 жыл бұрын
Well come bro
@LaylaRayya
@LaylaRayya Ай бұрын
Hoji kee 😂😂😂😂😂😂😂😂
@sefadintube2748
@sefadintube2748 2 жыл бұрын
😂 😂 😂
@asayechgetachww
@asayechgetachww 2 жыл бұрын
Wayoo gara koo hoji abdii kkkkkkkk
@misirajima4511
@misirajima4511 2 жыл бұрын
Uuuu🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️💁‍♂️💁‍♂️💁‍♂️💁‍♂️🤭😁😁😁😁👍👍
@burtetube
@burtetube 2 жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂wayyoo gara ka abdii hojiikee
@zaraatube7443
@zaraatube7443 2 жыл бұрын
Abdii hojikenyaadhuu wan namaa nasisuu hin hojatiin
@munnamunna-xk7vs
@munnamunna-xk7vs 2 жыл бұрын
Ya gara ko❤❤ itti fufii garuu
@margeeyesuusiif4484
@margeeyesuusiif4484 2 жыл бұрын
Kolfa due 😂😂😂
@neymanesha1155
@neymanesha1155 2 жыл бұрын
Kkk😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
@jsakh4350
@jsakh4350 2 жыл бұрын
Itti fufi abdiyyee nama boharsita🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹
@alamituutashitee7621
@alamituutashitee7621 2 жыл бұрын
Ittii fufiii 🥰🥰🥰
@abarruuyoutube2802
@abarruuyoutube2802 2 жыл бұрын
maatii naafii ta'aa sabaa koo
@sumyyaatube4817
@sumyyaatube4817 2 жыл бұрын
Wly ee kolfee daimaa tokko uftaa addii sanii kara debisee 😁😁😁😁😁😁😁😆😆
@jafare6250
@jafare6250 2 жыл бұрын
Aiii atu digata worani woii dhufee ofira debbisu hidadauu jecudha uumani teynaa
@xayibaxayiba5586
@xayibaxayiba5586 2 жыл бұрын
Hojii kee nyaadhu abdii Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk Kkkkkkkk
@fatejemal155
@fatejemal155 2 жыл бұрын
😍🥰😍😍🥰😍
@MameTb
@MameTb 2 жыл бұрын
Kkkk wwww amezining ani kofalan duera
@ariyamataye8333
@ariyamataye8333 2 жыл бұрын
Hojakee nyadhuukkkkkk
@abdiitube3151
@abdiitube3151 2 жыл бұрын
Jaaha baaha dhuu
@karimaebrahim7107
@karimaebrahim7107 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk wayoo garaakooo😂😂😂😂😂
@obsetube1826
@obsetube1826 2 жыл бұрын
Jabadhuu abdii kkkkkkkkkkkkkkkk
@abdullahithu8738
@abdullahithu8738 2 жыл бұрын
Hhhhh 🥰🥰😅😅
@sofyaselman439
@sofyaselman439 2 жыл бұрын
Woyoo garaa koo abdiii
@zinutube2387
@zinutube2387 2 жыл бұрын
anii muchatii ishee xinoo sanatan kolfeee kkkkkk
@جميلهجميله-خ8س
@جميلهجميله-خ8س Күн бұрын
😂😂😂😂😂😂
@Rematube5
@Rematube5 2 жыл бұрын
Yaa rabbii kkkk
@aminahussain4608
@aminahussain4608 2 жыл бұрын
😃😃😃😃
@rahmagobena5061
@rahmagobena5061 2 жыл бұрын
Kkkkkkk wly gaaran na dhukubee
“Suusii” Koomeedii Afaan Oromoo haaraa /Official video/
9:14
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 9 М.
Na Didan | Dubartoota karaa irratti daldalan osoo isaan hin beekin…
16:08
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 27 М.
Yum 😋 cotton candy 🍭
00:18
Nadir Show
Рет қаралды 7 МЛН
Kids' Guide to Fire Safety: Essential Lessons #shorts
00:34
Fabiosa Animated
Рет қаралды 16 МЛН
Please Help Barry Choose His Real Son
00:23
Garri Creative
Рет қаралды 22 МЛН
Little brothers couldn't stay calm when they noticed a bin lorry #shorts
00:32
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 20 МЛН
Kennaa Raamadaanaa marsaa 1ffaa
10:52
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 3,9 М.
New comedy Qaboo / Waaqaoo Geetachoo koomeedii
12:17
Ermii NBW Tube
Рет қаралды 39 М.
Manzuumaa Raayyaa Xiqqaa Daa'ima Du'eera Jedhamee ture😘
6:57
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 21 М.
Aayyoo Sirba Haceetiin uummata garaa raasan
7:34
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 21 М.
How to win a argument
9:28
ajaxkmr
Рет қаралды 474 М.
Abbaa keenya bakka kufanii kaasneerra🥰
4:05
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 5 М.
Budaa New Oromo Comedy 2022 (Official Video)
7:19
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 35 М.
Abdii Getachew 😭😭
30:09
Nawi tube
Рет қаралды 4,8 М.
Anaa nyaatu...🥹
7:02
Abdi Getachew Tube
Рет қаралды 8 М.
Yum 😋 cotton candy 🍭
00:18
Nadir Show
Рет қаралды 7 МЛН